ኢትዮጵያ ለአፍሪካ ያደረጉትን ያላሰለሰ ጥረት የምታደንቅ ሲሆን በወደፊት ጉዞዎም መልካሙን ትመኛለች።
Dura ta'aa Komiishinii Gamtaa Afrikaa isa haaraa wayita kabajaan simannu Dura taa'aa Komiishinichaa gaggeeffaman, Muusaa Faakii Mahaammatiin hooggansaafi michummaa waggoota darbanitti agarsiisaniif nan galateeffadha.
Itoophiyaan of kennuudhaan Afrikaa waan tajaajiltaniif isin galateeffatti. Imala keessan fuulduraafis waan gaarii isiniif hawwina.
As we welcome the new Chairperson of the African Union, I thank Moussa Faki Mahamat, outgoing Chairperson of the African Union, for his leadership and friendship over the past years.
Ethiopia thanks you for your dedicated service to Africa. We heartily wish you the best in your endeavors.