๐ƒ๐š๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š (๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š) @dembalislalmicmedia Channel on Telegram

๐ƒ๐š๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š (๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š)

@dembalislalmicmedia


Beekumsa Horadhuu Beeka ta'ii!!!

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š (Amharic)

แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉ แˆฑแ‰†แ‰ฝ แ‹จแˆ˜แˆช แŠจแ‰ฐแˆ›แŠ• แ‹ตแˆแ‰ฃแ‰ธแค แŠฅแ‹šแˆ… แŠจแ‰ฃแ‹ต แ‹แŠ“แ‰ฅ แˆ˜แˆจแŒƒแ‹Žแ‰ฝ แˆˆแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆˆแˆ˜แŒˆแŠ˜แ‰ต แ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ทแˆแข แ‹ญแˆ… แ‰ฆแ‰ณ แŠ แŒˆแˆญ แŠจแ‰ฐแˆ› แˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‰ฐแŠจแ‹แˆแˆˆ แˆตแŠฌแ‰ต แŠ แˆณแ‹แŠ– แˆˆแˆšแ‹ซแŠ•แŠจแ‰ฃแˆ‹แ‰ตแฃ แˆˆแˆ˜แ‹‹แ‰…แˆฎแ‰ต แŠฅแŠ“ แˆˆแˆ˜แˆณแ‰ขแ‹ซ แ‹ตแˆแ… แŠญแˆตแ‰ฐแ‰ตแŠ• แˆ›แˆฐแŠ“แŠจแŠ• แŠฅแŠ“ แˆ›แˆจแŒ‹แŒˆแŒฅ แŠฅแŠ“แˆตแ‰ฅแˆตแ‰ฆ แ‹ซแˆˆแ‹ แˆ›แˆ…แ‰ แˆจแˆฐแ‰ฅ แŠแ‹แข แŠฅแŠฉแˆแŠแ‰ตแˆ แ‰ แŒฃแˆ แ‰ แŠจแ‰ฐแˆ›แ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰†แˆแˆ แŠจแˆ†แŠ แŠฅแ‹แŠแ‰ตแŠ“ แˆแˆณแˆŒ แ‹จแˆ†แŠแ‹ แˆˆแ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰ปแ‰ฝแŠ• แŠแ‹แข แ‹จแˆšแŒˆแŠ˜แ‹ แˆ›แˆ…แ‰ แˆจแˆฐแ‰ฅ แ‰ แŠจแ‰ฐแˆ›แ‹ แ‹แˆตแŒฅ แˆแˆแŒŽ แŠฅแ‹ซแŠ•แŠ• แŠแ‹ แกแก

๐ƒ๐š๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š (๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š)

08 Jan, 05:47


#Sheik Abbaas Shaane Diinal Islaam barachuun dirqama.
Aalima Magaalaa Baatuu ganda Abboosa dhaamsa jabaa dhaamaniiru

Guutuu Vidio kanaa link asii gadi jiru kanaan seena dhaggeeffadha.

Dembali Media
๐Ÿ‘‰Daandii Haqaa

Nu hordofaan dhaamsa keenya !

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

https://www.tiktok.com/@dembalimedia?_r=1

https://t.me/Dembalislalmicmedia

#MASHALLAHู…ุงุดุงุกุงู„ู„ู‡
#Allahuakbar
#followersreels
#highlightseveryone
#dembali_media

๐ƒ๐š๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š (๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š)

07 Jan, 19:52


#Raajii Daa'ima Xiqqoo kanaa Walaloo Ajaa'ibaa Yaa Quraana Rabbii ....
Daa'ima Raajii kana mee nuu eebbisaa
#Allahuakbar

Link kanaan seena dawwadhaa

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

#MASHALLAHู…ุงุดุงุกุงู„ู„ู‡
#highlightseveryone
#followersreels
#dembali_media
#Inshallah
#MASHALLAHู…ุงุดุงุกุงู„ู„ู‡
#reelsvideoใ‚ท
#Allahuakbar

๐ƒ๐š๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š (๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š)

07 Jan, 10:45


#Allahuakbar Dhaloota qaruun biyyaa ijaaruu dha. Dhaloota haqa haa barsiifnuun dhaddannoo keenya !!

#Inshallah
#SUBHANALLAH
#reelsvideoใ‚ท
#fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท
#SUBHANALLAH
#followersreels
#followerseveryone

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

27 Dec, 20:37


Dembali Media
๐Ÿ‘‰Daandii Haaqaa

Nu hordofaan dhaamsa keenya !!

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

https://www.tiktok.com/@dembalimedia?_t=ZM-8sZgtWPZNd0&_r=1

https://t.me/Dembalislalmicmedia

#highlightseveryone #dembali_media #reelsvideoใ‚ท #higlightseveryone #followersreels #MASHALLAHู…ุงุดุงุกุงู„ู„ู‡ #Allahuakbar #Sheikh #fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

27 Dec, 20:37


https://www.facebook.com/profile.php?id=100089601316943&mibextid=ZbWKwL

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

25 Dec, 12:22


#Sheikh Abdulhakim Hussein
abbaa hawaasa Nama yeroo dheera hawaasa isaa tajaajiluuf diinal isaalam keessatti dadhabbii guddaa qaban hardhas Majliisa Oromiyaa keessatti gahee leenca baha jiru. Ammas rabbi sadarkaa keessan ol nu haa fuudhu.

#Allahuakbar
#MASHALLAHู…ุงุดุงุกุงู„ู„ู‡
#highlightseveryone
#followersreels
#reelsvideoใ‚ท
#higlightseveryone
#dembali_media

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

25 Dec, 09:35


Yaa'ii walii Galaa Dhimmoota Islaamummaa Godina Shawaa Bahaa
#magaalaaadaamaa

Dembali Media

#Simannaa keessummaa Mana maree dhimmoota islaamummaa Oromiyaa gara wal_tajjitti yeroo Affeeraman Affeeraan
Sh/ Kaliid Xeneshuu Dura bu'aa Miidiyaaf Hawaasummaa godina shawaa bahaa

Dembali Media
๐Ÿ‘‰Daandii Haaqaa

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

https://t.me/Dembalislalmicmedia

https://www.tiktok.com/@dembalimedia?_t=ZM-8sVWDanG7hm&_r=1

#highlightseveryone #higlightseveryone #reelsvideoใ‚ท #dembali_media #fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

24 Dec, 17:08


Dembali Media
๐Ÿ‘‰Daandii Haaqaa

Irraan Nu hordofaan dhaamsa keenya !!

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

https://t.me/Dembalislalmicmedia

https://www.tiktok.com/@dembalimedia?_t=ZM-8sTTroMgkuj&_r=1

#dembali_media #highlightseveryone #reelsvideoใ‚ท #higlightseveryone #SUBHANALLAH #followersreels
#fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท #ziyyaaraa #viralreelsfacebook #Mashallaa

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

24 Dec, 05:00


Masjiida seenaa qabu Onee duwwatti hafe seenatuu itti dalagame ganda Goba jechoo Asabootti๐Ÿ‘‰ #ziyyaaraa #Allahuakbar
Tajadin Wado Ustaaz Kaliil Qaasim Tufa

Dembali Media
๐Ÿ‘‰Daandii Haaqaa

๐Ÿ‘‰Nu hordofaan dhaamsa Keenya !!

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

https://t.me/Dembalislalmicmedia

https://www.tiktok.com/@dembalimedia?_t=ZM-8sTTroMgkuj&_r=1

#dembali_media #highlightseveryone #higlightseveryone #reelsvideoใ‚ท #fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท #viralreelsfacebook #followersreels #SUBHANALLAH #Mashallaa

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

23 Dec, 16:45


Guutuu viidiyoo kanaa linkiiwwaan aaii oljiru kanaan seena dawwadhaa

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

23 Dec, 16:45


Dubbii ajaa'ibaa Waa maraa kan bu barsiise Rasuula keenya Sh/ Abdulhakim Hussein

Dembali Media

Yaa'ii walii galaa godina shawaa bahaatti wal gahii walii galaa irratti ergaa aja'ibaa kana Hawaasa isaaniif dhaamaniiru

Dembali Media
๐Ÿ‘‰Daandii Haaqaa

Nu hordofaan dhaamsa keenya

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

https://t.me/Dembalislalmicmedia

https://www.tiktok.com/@dembalimedia?_t=ZM-8sScjk0ITq9&_r=1

#higlightseveryone #followersreels #reelsvideoใ‚ท #highlightseveryone #viralreelsfacebook #dembali_media #SUBHANALLAH #Allahuakbar #Mashallaa #fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

22 Dec, 21:11


Maashaa'allaah baay'ee bareeda

๐ƒ๐ž๐ฆ๐›๐š๐ฅ๐ข ๐Œ๐ž๐๐ข๐š

22 Dec, 21:07


Yaa'ii Idilee Walii Galaa

Dembali Media Muddee 13/17

Yaa'ii Idilee Walii Galaa 4ffaa bara hojii 6ffaa mana marii Dh/ Islaamummaa A/A/T/J/ kombolchaa Magaalaa Baatuutti Baatuu
#Guyyaa hardha Geeggeeffamee jira. Ulamaa'ootni, Keessumootni, akkasumas bulchaa bulchiisa A/A/T/J/ Kombolchaattiif Bulchiinsi Nageenyaa Aanichaas yaa'iicharratti argamanii jiru.

#Hogganaan Mana maree dhimmoota Islaamummaa Aanichaas Sh/ Muhammad Hussain, Hojii raawwachiiftootni Mana maree hundi ergaa barbaachisoo ta'aniif hojiilee kanaan Dura hojjatamaa turan dhiyeessuun kana caala cimaanii fooyyeessanii itti fufuudhaaf kutannoo qaban ibsaanii jiru.

#Koree Ulamaa'aa fi hirdhina koree jirus haroomsanii jiru.

#Hawaasa Islaamaa Hawaasa isaanii karaalee barnoota, qaroomina, nageenya, guddina Diinagdee, barnoota quraana, kitaaba barnoota Amantaa Islaama, maneen barnoota islaamaa, tokkummaa Hawaasa Islaamaa.

Akkasumaas cimee Hawaasni islaama kutannoo dhaan karaalee Shari'aa hin falleessineen sunnaa irra dhaabbachuun akka barataniif hojjatan dhaamsa muraannoo qabu kaahanii jiru.

#Aanaalee Oolla isaanii jiran waliinis dalaguuf kallatti kahaniiru.

#Dura Bu'aan Mana maree godinaa shawaa baha Ustaaz Kaliil Qaasim Tufa Achiirrattis argamuun ergaa hedduu dabarsaa turaniiru.

#Baldhina sagantichaa viidiyoof ergalee dabalataa nu eeggadhaan dhaamsa keenya

Dembali Media
๐Ÿ‘‰Daandii Haaqaa

Nu hordofaan dhaamsa keenya !!

https://www.youtube.com/@DembaliMedia

https://t.me/Dembalislalmicmedia

https://www.tiktok.com/@dembalimedia?_t=ZM-8sRDsHaHmB3&_r=1


#highlightseveryone #followersreels #fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท #reelsvideoใ‚ท #Allahuakbar #SUBHANALLAH #Inshallah #แŠ แˆแŠ• #ganda