Qajeeltoo Namooma @qajeeltonamooma Channel on Telegram

Qajeeltoo Namooma

@qajeeltonamooma


Jachoota nama bashannansiisani fi Gorsa namaaf ta'an baruu barbaada taanaan seeni....๐Ÿ™

Qajeeltoo Namooma (Oromo)

Qajeeltoo Namooma is a Telegram channel dedicated to sharing inspirational quotes and beautiful images to uplift and motivate its followers. Whether you are looking for words of wisdom or visually stunning pictures, this channel has got you covered. The channel's name, 'Qajeeltoo Namooma,' translates to 'Words of Wisdom' in Oromo, reflecting its mission to provide insightful and meaningful content to its audience. With a combination of inspiring quotes and captivating images, Qajeeltoo Namooma aims to brighten your day and spread positivity. Join this channel today to start your journey towards a more uplifting and inspiring life. Let the power of words and visuals guide you on a path to personal growth and enlightenment. Qajeeltoo Namooma is more than just a Telegram channel, it is a source of motivation and encouragement for all who seek it. Embrace the wisdom and beauty shared on this channel and let it inspire you to be the best version of yourself. Follow Qajeeltoo Namooma for daily doses of inspiration and positivity!

Qajeeltoo Namooma

15 Feb, 20:05


CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

15 Feb, 16:46


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

15 Feb, 16:37


Namoonni free promotion barbaaddan channaliin keessaan 3k,5k,10k, 15k,ta'e free promotion keenyatti dabalachuu feetan karaa username ko kanaan naaf barreessaa ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Daani28

Qajeeltoo Namooma

15 Feb, 14:14


CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

15 Feb, 13:29


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

20 Jan, 19:31


Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›

Qajeeltoo Namooma

20 Jan, 18:43


๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€

๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’๐’‡๐’Š๐’Š ๐‘ฉ๐’‚๐’”๐’‰๐’‚๐’๐’๐’‚๐’๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’…๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚.

๐‡๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š: ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’Š๐’Š ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ 3๐‘ฒ ๐’‡๐’Š ๐‘ฐ๐’”๐’‚๐’‚ ๐‘พ๐’๐’๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฏ๐’๐’‹๐’‹๐’‚๐’๐’๐’– ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐‘ต๐’–๐’•๐’•๐’Š ๐‘ซ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’‚๐’Ž๐’–๐’– ๐‘ญ๐’†๐’†๐’•๐’‚๐’ ๐‘จ๐’”๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ธ๐’–๐’๐’๐’‚๐’Ž๐’‚๐’‚

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐€๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐Ÿ๐š 3๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ž๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

Qajeeltoo Namooma

20 Jan, 18:21


Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo taโ€™uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi seeraa federalaa kennamuun gabaafame.

Manni murtichaa falmii harโ€™a gaggeesseen qabeenya Baayitdaansi Chaayinaa kan taโ€™e Tiiktookiin akka cufamu deeggarsa sagalee kennuun dabarsuu Associated Press gabaaseera.

Ameerikaatti Fayyadatoota miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 kan qabu Tiiktookiin, odeeffannoo dhuunfaa fayyadamtootaa Mootummaa Chaayinaaf kenna kan jedhuun akka gurguramu, yoo hintaane akka cufamu himanni irratti dhiyaateera.

Murtee harโ€™a darbeenis  Tiiktookiin Dilbata dhufurraa eegalee kan cufamu yoo taโ€™u, appilikeeshinicha fayyadamtoonni haaraan buufachuu kan hindandeenyee fi fayyadamtoonni duraanii ammoo kan fooyyeffame argachuu kan hindandeenye taโ€™uun ibsameera.


@ABDII_BORUU10

Qajeeltoo Namooma

20 Jan, 18:16


Jechoota Hayyootaa

"Yeeyyii Yoo Hin Dandeenye, Tasuma Bosona Hin Seenin"

Waraana Leencaa Dhibba Kan Sareen Hoogganamu Yoo Uumte, Leencoonni Dirree Lolaatti Akka Sareetti Du'u, Saroota Dhibba Kan Leencaan Hooganamu Yoo Uumte Garuu, Saroonni Sun Hundi Leenca Fakkaatanii Lolu!

Wal Dhabdee Yeroo Dheeraa Jechuun, Gareen Lamaanuu Dogongora Jechuudha.

Fuula Haqa Dhabdummaa Duratti, Cal'isuun Cunqursaa Waliin Wal Xaxaadha.

"Sabboonaan Waa'ee Dhaloota Dhufaa jiruu Yaada, Namni Siyaasaa Immoo Waa'ee Filannoo Dhufuu Yaada."

"Dur Hatanii Hidhaman, Har'a Garuu Yoo Dhugaa Dubbatan Nama Hidhu"

Reebichi Ummata Wallaalaa, Qaama Gowwaatti Ibidda Qabsiisanii, Miidhaaf Karaa Saaquudha.

Nama Tokko Ga'uumsa Isaatii Ol Yoo Keesse, Akka Inni Ga'uumsa Keetii Gad Si Hin Keenye Ofirraa Eegi.

Namoonni Waa'ee Hir'ina Namootaa Haasa'an  Baay'een Isaanii, Namoota Hanqina Isaanii Isa Guddaaf Xiyyeeffannoo Hin Kennineedha.

"Yeroo Bineensootaan Loltu Of Eeggadhu, Akka Isaan Keessaa Tokko Hin Taane."

"Namni Jabaa Ta'u Qaba,  Ta'u Baannaan Gonkuma Hin Ta'u."

Qajeelfama Xixiqqatti Yoo Amante Qajeelfamni Kee Guddaan Ni Kufa

Leenci Hammam Yoo Beela'eyyuu Cooma Malee Marga Hin Nyaatu, Kanaaf Ulaagaa Kee Irratti Harka Hin Kennin.

Namoonni Waa'ee Kee Akka Hin Dubbanneef, Furmaanni Isaan Dhaggeeffachuu Dhiisuu Qofa.

"Addunyaa Kana Irra Namoota Lamaatu Jira, Kan Baruu Barbaaduu Fi Kan Amanuu Barbaadu".
@ABDII_BORUU10

Qajeeltoo Namooma

20 Jan, 10:55


โ–ฃ Click on This ๐Ÿ‘‡
         Join Us
             โ‡ฃ
           ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
         ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
       ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
     ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
      ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ 
         โ˜˜๐ŸŒบ๐ŸŒบโ˜˜ 
              โ˜˜โ˜˜
                 ๐ŸŽ‹                   ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹              ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹          ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹      ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹    ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป

๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ: @Rafiqul_Islaam

Qajeeltoo Namooma

20 Jan, 07:52


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

07 Jan, 16:07


Maaltu sammuu kee gubaa?
Maalifimmoo gubattaa?

Waan barbaaddaan seenaatii hordofaa waa marrii as jiraa

Wave above 5k channel @Abu_Amaar1

Qajeeltoo Namooma

07 Jan, 11:28


๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐š๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ข ๐›๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐ฎ๐ฎ?
What channels do you want?
แˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰?

Free Waver: @Rafiqul_Islaam

Qajeeltoo Namooma

07 Jan, 07:34


โ–ฃ Click on This ๐Ÿ‘‡
         Join Us
             โ‡ฃ
           ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
         ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
       ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
     ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
      ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ 
         โ˜˜๐ŸŒบ๐ŸŒบโ˜˜ 
              โ˜˜โ˜˜
                 ๐ŸŽ‹                   ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹              ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹          ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹      ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹    ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป

๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ: @Rafiqul_Islaam

Qajeeltoo Namooma

06 Jan, 18:00


ODUU GAMMACHIISAA

Barnoota Madaallii Amantaa

โ€ขุฏุฑุณ ู…ู‚ุงุฑู†ุฉ ุงู„ุฃุฏูŠุงู†
โ€ขแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ณแ‹Š แŠ•แŒฝแŒฝแˆญ

Jechi Wal-madaalli Amantaa jedhu Afaan Arabiffaatiin  ู…ูู‚ูŽุงุฑูŽู†ูŽุฉ ุฃุฏูŠุงู† yoo jedhamu hundee jecha "qaarana" "ู‚ูŽุงุฑูŽู†ูŽ "  Jechuunis waliin madaale jedhuu irraan kan dhufe yoo ta'u Afaan ingiliffaatiin Ammoo "Comparative Religion" Wal-madaalli Amataa jedhamee beekama. damee kana jalatti Bu'uuraalee Amantaa Islaamaatii fi kiristaanaa  keessattuu waa'e tokkichummaa Rabbiiti fi waa'ee Kitaabilee Qulqulluu  wal-fakkeenya isaanitii fi garaa garummaa isaanii kan qu'annu ta'a.

Barnoonni kan kennamu
Appoolojistii Islaamaa  Ustaaz Jamaal Kaadir yoo ta'u namoonni galmaa'uu barbaaddan:-

Admin kanaa gadii dubbisaa!

@Urjiinfurguggatamte_2
@First_to_Islam
@Rafiqul_Islaam
@IbnuAdinaan




Share godha waliin gaha

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1067

Qajeeltoo Namooma

06 Jan, 18:00


Yeroon galmee dhumuuf deema Barattoonni fidhii qabdan
--------
The registration period is coming to an end Interested students

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Rafiqul_Islaam

@shueybi16

@Tofik_Apologist
----
--------
The registration period is coming to an end Interested students
--------
The registration period is coming to an end Interested students

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Rafiqul_Islaam

@shueybi16

@Tofik_Apologist
----


0918939892

0944437013

+966563879154

+966534639909

+966563879154
--------
Noteโœ few days left.arrive soon.

Qajeeltoo Namooma

27 Dec, 19:28


โœจ Qubee maqaan keessan ittiin eegalu irratti gadi tuquudhaan  Affeerraa isiniif qophaa'e argadhaa! โœจ


โšœ๐Ÿ„ฐโšœ       โšœ๐Ÿ„ฑโšœ       โšœ๐Ÿ„ฒโšœ

โšœ๐Ÿ„ณโšœ       โšœ๐Ÿ„ดโšœ       โšœ๐Ÿ„ตโšœ

โšœ๐Ÿ„ถโšœ       โšœ๐Ÿ„ทโšœ       โšœ๐Ÿ„ธโšœ

โšœ๐Ÿ„นโšœ       โšœ๐Ÿ„บโšœ       โšœ๐Ÿ„ปโšœ

โšœ๐Ÿ„ผโšœ       โšœ๐Ÿ„ฝโšœ       โšœ๐Ÿ„พโšœ

โšœ๐Ÿ„ฟโšœ       โšœ๐Ÿ…€โšœ       โšœ๐Ÿ…โšœ

โšœ๐Ÿ…‚โšœ       โšœ๐Ÿ…ƒโšœ       โšœ๐Ÿ…„โšœ

โšœโšœ          โšœ๐Ÿ…†โšœ       โšœ๐Ÿ…‡โšœ
      
            โšœ๐Ÿ…ˆโšœ       โšœ๐Ÿ…‰โšœ

     ๐€๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š๐š ๐†๐š๐š๐ซ๐ข๐ข!!

๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž: @Rafiqul_Islaam

Qajeeltoo Namooma

27 Dec, 17:47


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

27 Dec, 11:09


๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐š๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ข ๐›๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐ฎ๐ฎ?
What channels do you want?
แˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰?

Free Waver: @Rafiqul_Islaam

Qajeeltoo Namooma

07 Dec, 17:20


Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

Qajeeltoo Namooma

07 Dec, 16:36


Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

Qajeeltoo Namooma

07 Dec, 16:05


Namoonni harargee bahaa fi lixaa jirtan ariifadhaa karaa group kana seenaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡join taasisaa



https://t.me/+0vVhweCaT4oyODdk

Qajeeltoo Namooma

07 Dec, 12:08


Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›

Qajeeltoo Namooma

07 Dec, 12:00


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

07 Dec, 05:25


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

01 Dec, 15:53


Namoonni channalii keessaan kuma tokko ol members ta'e karaa bilisaan yookiin kaffaltii malee wave,n guddifachuu barbaaddan na quunnamaa
๐Ÿ‘‡
@Daani28

Qajeeltoo Namooma

01 Dec, 12:48


Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›

Qajeeltoo Namooma

01 Dec, 11:21


OSHOON MAALI ?
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

01 Dec, 07:33


Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›

Qajeeltoo Namooma

01 Dec, 05:41


Airdrop kun ergaa Dhufee turee jiraa ta'ullee Guyyaa Muraasa Hafe list tahuuf Warrii hin Eegaliin Eegala๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://t.me/claytoncoinbot/game?startapp=873652290
Join the Clayton Game!

Qajeeltoo Namooma

01 Dec, 05:39


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/HUMNA_JABAAKOO28

Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

30 Nov, 18:36


OSHOON MAALI ?
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

30 Nov, 17:15


Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›

Qajeeltoo Namooma

26 Nov, 18:35


๐€๐ฌ๐ฌ๐š๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐ฎ ๐€๐ฅ๐š๐ฒ๐ข๐ค๐ฎ๐ฆ ๐–๐จ๐ซ๐š๐ก๐ฆ๐š๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ก๐ข ๐–๐จ๐›๐š๐ซ๐š๐ค๐š๐š๐ญ๐ฎ๐ก๐ฎ๐ฎ

๐Ž๐๐ฎ๐ฎ ๐†๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฆ ๐‰๐ข๐ซ๐ญ๐ฎ ๐Œ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ ๐Œ๐š๐ซ๐ญ๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ฎ๐ฎ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐€๐ฃ๐š๐š'๐ข๐›๐š๐š ๐“๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ˆ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐š๐›๐š๐ง๐ง๐ž๐ž ๐ƒ๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ง๐ž๐ž ๐‰๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐Œ๐š๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž ๐ˆ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐“๐š๐š๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š ๐๐ฎ ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!

๐‘ช๐’‰๐’‚๐’๐’๐’†๐’ ๐‘ณ๐’Š๐’๐’Œ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+EklY9RymN2w5OGU0

๐๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ˆ๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ง๐ง๐ฎ ๐Š๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐€๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐†๐š๐๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข

Qajeeltoo Namooma

26 Nov, 15:13


OSHOON MAALI ?
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

26 Nov, 14:43


โ–ฃ Click on This ๐Ÿ‘‡
         Join Us
             โ‡ฃ
           ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
         ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
       ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
     ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
      ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ 
         โ˜˜๐ŸŒบ๐ŸŒบโ˜˜ 
              โ˜˜โ˜˜
                 ๐ŸŽ‹                   ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹              ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹          ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹      ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹    ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
                 ๐ŸŽ‹
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป
      โฟป Join Us โฟป

๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ: @Rafiqul_Islaam

Qajeeltoo Namooma

26 Nov, 14:01


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/HUMNA_JABAAKOO28

Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

25 Nov, 20:08


Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›

Qajeeltoo Namooma

01 Nov, 19:14


Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

Qajeeltoo Namooma

01 Nov, 18:13


Channalii kanatti dafii ariifadhu itti makami, ergaan gurguddaan kan keessa jirudha.
Ammuma join godhadhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

01 Nov, 17:16


Channalii kanatti dafii ariifadhu itti makami, ergaan gurguddaan kan keessa jirudha.
Ammuma join godhadhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

01 Nov, 15:56


๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐€๐›๐š๐›๐š๐š ๐Š๐š๐ง๐š ๐‰๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ญ๐ฎ ๐๐จ๐Ÿ๐ญ๐ข ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐“๐จ๐ค๐ค๐จ ๐“๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š๐ง ๐€๐๐ ๐†๐จ๐๐ก๐š๐๐ก๐š๐š!!    

          ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน  
         ๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน
       ๐Ÿฅ€ ๐ŸŒน ๐Ÿฅ€
     ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
  ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน
  ๐ŸŒน๐ŸŒฟ๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒฟ
         ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
              ๐ŸŒฟ.           ๐ŸŒธ  ๐ŸŒธ
             ๐ŸŒฟ          ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
            ๐ŸŒฟ.      ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
           ๐ŸŒฟ.   ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
          ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
          ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
            ๐ŸŒฟ
             ๐ŸŒฟ.
             ๐ŸŒฟ.
             ๐ŸŒฟ.
           ๐ŸŒฟ
๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐‘ฑ๐’‚๐’‚๐’๐’๐’‚๐’•๐’•๐’‚๐’ ๐‘ธ๐’๐’‡๐’•๐’Š ๐‘ฎ๐’‚๐’…๐’Š ๐‘ป๐’–๐’’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚!!!

๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ: @Rafiqul_Islaam

Qajeeltoo Namooma

01 Nov, 14:16


๐Ÿ“š๐๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š๐š ๐…๐ข ๐๐จ๐ก๐š๐š๐ซ๐ญ๐ข๐ขโณ
๐„๐๐ฎ๐œ๐š๐ญ๐ข๐จ๐ง ๐š๐ง๐ ๐…๐ฎ๐ง๐ง๐ฒ

๐€๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐š ๐†๐š๐ซ๐š๐š๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐๐ฒ๐š๐š๐ญ๐š 
๐๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐ฎ, ๐’๐š๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ
๐๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐š, ๐Š๐ฎ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ง๐ฌ๐š
๐’๐š๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐œ๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐š๐Ÿ๐ข๐ข
    ๐ƒ๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ข๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qajeeltoo Namooma

01 Nov, 11:17


๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐š๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ข ๐›๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐ฎ๐ฎ?
What channels do you want?
แˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰?

๐‘จ๐’…๐’”:๐Ÿ‘‡
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

Qajeeltoo Namooma

01 Nov, 03:54


๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐๐š๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ˆ๐๐๐จ๐จ ๐‰๐ข๐ซ๐ญ๐š๐ง ๐“๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ฌ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐ง ๐†๐š๐ซ๐š๐š ๐†๐š๐ซ๐š๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐š๐ง ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐š๐ง๐š ๐ˆ๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ฌ๐ข๐ฌ๐š ๐†๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐†๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง ๐๐š๐ก๐ฎ ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk

Qajeeltoo Namooma

05 Jul, 15:14


โค๏ธ "oneen bareeduun takka"
Fuula bareeda kuumaa caaltiiโค๏ธโค๏ธ
Aakkam jirttan maatiiwwan
@Qajeeltoonamooma

Qajeeltoo Namooma

04 Jul, 18:01


Nama kamuu namummaaf kabaji ilaalchaan garuu adda baasi. Eenyu badaa eenyu gaari akka ta'e ilaalcha isaa irratti hubatta waan ta'eef.
@Qajeeltoonamooma

Qajeeltoo Namooma

03 Jul, 17:52


Hamma feete๐Ÿ’ต๐Ÿ’ฐ, beekumsa(barumsa)fi beekamtiis qabaadhu kabaja namaa hin beektu taanaan, akka sitti dhufetti dubbata taanaan, mirga nama hin kabaju taanaan, yeroo nama qeeqxu yaada namichaa bira dabartte enyummaafi maatii isaan qeeqxa taanaan, bifaan ykn huccuun nama madaalta taanaan, falasama kiyya ykn ka abaluu san hordafuu qabna jettee nama dirqisiista taanaan,yeroo namooni yaada ke deegaran faarsite yeroo isaan si morman jibiita taanaan, na ammani ati beekumsaa fi beekamtii irraahis fagoodha๐Ÿ‘‰ .... follow and share
@Qajeeltonamooma

Qajeeltoo Namooma

02 Jul, 21:53


Haalli keessa jirtu namuttuu himuufuu si rakkisuu mala. Garuummoo, haalota akkanaa hedduu keessa dabartee bakka amma jirtu gahuu kee hin dagatin. Yeroo tokko tokko, sirritti ol si qabuuf sirritti si rakkisee, gufuurraan gufuu biraatti si ceesisaa akka jirus hubadhu. Isa beektus beekuu baattus, isa gattus gatuu baattus, isa gantus ganuu baattus, Rabbii Rahmata isaatin sin daganne qabda๐Ÿคž๐Ÿฝ

Relax, Take it easy and have faith

Namni sababa hedduuf si hubatuu dhabus, si gargaaruu dadhabus mala. Akkamitti abaluun koo na hubatus, na deeggarus dide jettee itti hin aarin, ittis hin murin ~ jalqaba miiraaf ilaalcha kee keessaa bahii namuma sanuu hubachuuf yaali ~ maaltu beeka, sihii isa abdattuutu isumaa abdatamu sanuu caaluu malaa.

Yoomillee taanaan namaaf jecha waan tokko hin godhin. Fuula Namaa bituufis hin dararamin, hanga dandeesseen waan itti amantu qofa hojjachuuf yaali. Wanti itti amantu sun garuu waan haqa dabsu, kan nama biraa miidhu, yookiin dabaaf, shira hin tahin. Hangamuu, eenyumtuu sihaa jibbu, wanti ati itti amantee hojjatte sun yeroo hunda boqonnaa sammuu siif kenna
@Qajeeltonamooma
join share ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

Qajeeltoo Namooma

01 Jul, 18:18


Balliftee yoo yaadde
Fageessite yoo garte ijji
Waliif galte deemta
Ofii keeti wajji.

Dhiphiste yoo yaadde
Yoo laaltes of duuba
Sammuufi ija tee
Wanni guutu huuba.

Kan ballisee yaadu
Kan fageessee arku
Ofiifi namallee
Rakkoo fide rakku.
@Qajeeltonamooma

Qajeeltoo Namooma

28 Jun, 18:16


Akka titissatti jiruu namaa keessa kan lixu
Osuma si yaaduu kana yeroo saa fixu.
Hojii si godhatee kan sitti buhaaru
Gaafa ati kufte gammade gaafa ati kaate aaru
Akka nama tokkotti wannin an gargaru.

Ofii isaa akka argatu rabbi nin kadhadhaaf
Wallaalummaa isaas an numan hubadhaaf.
Wannin itti himu moo gad qabee
Waanin jalqabe dhiisu haala kee dadhabee.๐Ÿ’ช๐Ÿฟ
Jirttanii maatii
@Qajeeltoonamooma

Qajeeltoo Namooma

27 Jun, 19:44


Namni jabaan nama dogoggora ofii fudhatu
Namni lafaan nama ofii isaa tuffatu.
Namni jabaan nama obsa qabu
Namni laafaan nama abdii dhabu.
@Qajeeltoonamooma
Join and share ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸŽ

Qajeeltoo Namooma

27 Jun, 19:13


Ilmi namaa waan isa rakkisu hedduu osoo qabuu seequ filata yaada isaa rabbiti himata.kan ati rahaatti jira jattee tilmaamtu akka inni keessa jiru osoo sitti himee gargaruuf osoon taane amanuufu ni rakkatta.akka hin amanne waan beekuuf callisee seeqa tilmaama namaa dhugoomsa kana deemuu lakkoomsi hedduudha.
Inni bara kana ishiin bara akkasi jattee hin odeessin
Haala namni keessa jiru jarjarte murteessin.
Jiruun amala dhaabbata hin qabdu.
@Qajeeltonamooma

Qajeeltoo Namooma

18 Jun, 10:21


https://t.me/hamster_kOmbat_bot/start?startapp=kentId6465619757

Qajeeltoo Namooma

14 Jun, 16:21


"Guyyaa Arafaa soomanuun dilii waggaa dabree fi waggaa dhufuu akka haqun rabbirraa khajeela" Rasuul {๏ทบ}
Rabbiiin nuufiis haa qebaluu๐Ÿคฒ
@Faayajiruu

Qajeeltoo Namooma

13 Jun, 19:58


Gaafa sammuun tantee
Sirnaan tola yaaddu
Kufaati namaadha
Arguu hin barbaaddu.
Haguma dandeessu
Tola oolu feeta
Milkaa'ina namaaf
Halkan guyyaa ceeta.

Haalaan si yaachifti
Kufaatiin namaati
Siif gaarii yaaduun
Akka dirqamaati.

Sammuun tola yaaddu
Namummaa kabajji
Gaarii yaadu qabna
Haga jirru wajji.
#Faayajiruu
Halkkan garii janee

Qajeeltoo Namooma

13 Jun, 19:32


Jireenyi kun namuma afaan isaa beekuu wajjiin haasawa afaan jireenya baratuun cimullee garuu ni baratama afaan jireenya wallaaluun walii galte addunyaa waliin qabdu dhabuudha yeroo hunda ati hamilee cabuudha.yeroo hunda anaaf nama cimaan nama afaan jireenya beeke.
Afaan jiruu wallaaluun jiruu kee jiruu maqaa sirraa goodha.

  Afaan jireenya baruuf join and share godhaa ๐ŸŒน๐ŸŒน
@Gaaddisajiruu

Qajeeltoo Namooma

13 Jun, 19:23


Durbi akka loomiiti. ๐Ÿ‹๐Ÿ‹
yoo ilaalan ni bareeddi,
yoo qabatan ni jabaatti,
yoo qaqqaban ammoo ni lallaafti.!

xuuxeemmoo hin laalle an ๐Ÿ˜
mee warri beektan akkami ๐Ÿ˜œ

Qajeeltoo Namooma

28 May, 15:43


qabsoo jabduun lubbuu teenya hammeenyarraa toohachuu dandahuudha.

Lubbuu tee hammeenyarraa toohachuu dandeenyaan Sammuu tee gabrummaa lubbuu jalaa bilisa baastee beeki.

Sababa fedhii garaagaraatiif gabrummaa lubbuun teenya tun sammuu teenyarraan gahaa jirtu osoo hubanne lolli jabaan addunyaa tanaa nuufii lubbuu teenya tana giddutti gaggeeffama ture.

Ee laal Nama
Wanta sammuun teenya hin fudhanne meeqa fedhii lubbuu jala yaanee hammeenya ulfaataa ilma namaatirratti raawwataa jirra.haqa namaa meeqa osoo sammuun sidhukkubduu fedhii lubbuutiin booji'amnee dabsaa jirra.

kanaafu sammuu tee bilisa baastee jireenya bilisaa jiraachuuf gabrummaa lubbuu ofirraa qolachuu qabna.
Akkam olttaaan maatiiwwan koo#Faayajiruu join share godhaa

Qajeeltoo Namooma

24 May, 16:14


Gaafa barsiisaan physics si dhahu deebisii dhahiitii maaldhaa yoonni siin jedhe.

Newton's 3rd law dha jedhin(for every action there is equal and opposite reaction)๐Ÿ’€๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Qajeeltoo Namooma

22 May, 20:12


#Carraan_Kun_Si_Darbuuf_Guyyaa_Sagal_Qofatu_Hafte

Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru
Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1933111864 ๐ŸŽ
1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu.
2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu
3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftani namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu.

Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu.
Carraa Gaari๐Ÿ™
link
๐Ÿ‘‡https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1933111864 ๐ŸŽ +2.5k Shares as a first-time gift