HUMNA JABAA @humna_jabaakoo28 Channel on Telegram

HUMNA JABAA

@humna_jabaakoo28


Chanalii kanaan waantota fayyadamaa taanu
KALLATTII WAANTOTA HEDDUU ARGACHUU DANDEESSA
Beeksisaaf karaa username ko naaf barreessaa
๐Ÿ‘‰ @Daani28

HUMNA JABAA (Afan Oromo)

HUMNA JABAA ykn 'Spelling Bee' jedhu, kan seenuun kan ummata Oromoo keessatti fayyadamtoota argachuu dandeessuun barreesuuf argachuu dandeessa. HUMNA JABAA, kan 'humna jabaakoo28' itti fufee, kan beeksisaaf karaa ta'uun beeksisuuf baay'een saba keessatti argachuu dandeessuun barreesuuf akkaataa itti fufee. Kan dhageettii argachuu dandeessaa fi ammoo beeksisaaf kana barreesuuf tajaajila tarreeffama qabduun lafa kaayyoo keessatti itti fufee. HUMNA JABAA kanaan, kan seenuun kan ummata Oromoo keessatti fayyadamtoota argachuu dandeessuun barreesuuf argachuu dandeessu. Kanaan beeksisaa itti fufee, ๐Ÿ“Œ @Daani28 namooti jedhamuun akkaataa itti fufee. Dhaloota keenya fiixee, HUMNA JABAA'n kan Oromoo keessatti argamuu dandeessuuf ykn ta'a. Na godha!

HUMNA JABAA

21 Nov, 12:18


Jaalala bitachuu hin dandeessu, garuu gatii guddaa kaffaltaafi.

โ€”Henny Poungman
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
HUMNA JABAA

HUMNA JABAA

20 Nov, 19:37


Namni qaroon waan dubbatu ni beeka.

Beekaan yeroo dubbatuu fi dhiisu beeka.

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
HUMNA JABAA

HUMNA JABAA

20 Nov, 18:35


Sodaan deebii kennuudha garuu ija jabinni murtoodha.

โ€”Marcus Aurelius
HUMNA JABAA

HUMNA JABAA

20 Nov, 15:30


HUMNA JABAA pinned ยซNever blame anyone in your Life. Good people give you Happiness. Bad people give you Experience. Worst people give you a Lesson and Best people give you Memories.ยป

HUMNA JABAA

18 Nov, 18:04


Never blame anyone in your Life.
Good people give you Happiness. Bad people give you Experience. Worst people give you a Lesson and Best people give you Memories.

HUMNA JABAA

16 Nov, 16:37


Happy people:

- Don't show off
- Talk less
- Learn daily
- Help others
- Laugh more
- Ignore bullshit
- Live longer
@keboabdeta

HUMNA JABAA

16 Nov, 10:38


Never stop trying. Never stop believing. Never give up. Your day will come

HUMNA JABAA

15 Nov, 05:38


HUMNA JABAA pinned ยซBoossus Kolfitus Jiruun itti fufti, Kanaafuu Ba'aa Gaddaa baattee hin deemin, Jabina jechuun Rakkoofi Yaaddoo Si marse irra ejjattee bira Darbuudha, #Jabaaยป

HUMNA JABAA

14 Nov, 16:35


Boossus Kolfitus Jiruun itti fufti,
Kanaafuu Ba'aa Gaddaa baattee hin deemin, Jabina jechuun Rakkoofi Yaaddoo Si marse irra ejjattee bira Darbuudha,

#Jabaa

HUMNA JABAA

13 Nov, 16:56


Delete nagative people forgot your past, accept Your mistakes, Restart Your life.

HUMNA JABAA

13 Nov, 10:32


HUMNA JABAA pinned ยซWaqtii keessa jirtu ilaaliitii hojjedhu! Barri hundi kaayyoo tokkoof kan qophaa'edha. Tarkaanfii xixiqqoo hin tuffatiin. Guddina hordofuuf cimanii hojjechuu, tarkaanfii xixiqqoo garuu murteessoo ta'an irraa akka ka'u hubadhu. Egaa qabxiileen hubatamuu qabanโ€ฆยป

HUMNA JABAA

12 Nov, 20:18


Waqtii keessa jirtu ilaaliitii hojjedhu!

Barri hundi kaayyoo tokkoof kan qophaa'edha. Tarkaanfii xixiqqoo hin tuffatiin. Guddina hordofuuf cimanii hojjechuu, tarkaanfii xixiqqoo garuu murteessoo ta'an irraa akka ka'u hubadhu.

Egaa qabxiileen hubatamuu qaban kunootti.
โœ”๏ธ Abbaan qabeenyaa ykn namni mana qabu isa dura yeroon kireeffataa ture ni jira.
โœ”๏ธ Konkolaataa bitachuu dura otobusii yaabbachuun ni jira.
โœ”๏ธ Balali'uu dura otobusii yaabbachuun ni jira.
โœ”๏ธ Osoo ofii mana hin dhaabiin dura maatii irraa dhalatan waliin jiraachuun ni jira.
โœ”๏ธ Maallaqa qusachuun dura maallaqa maddisiisuun ni jira.

Yeroo hundumaa waqtiin sababa mataa isaa ni qaba. Maalif akka bara sana keessa jirru hubachuu qabna. Yommuus galma dhugaa keenya irratti xiyyeeffanna. Hubannoo akkasii dhabuun namoonni waan socho'u kamiyyuu ari'anii sababa tokko malee ykn bu'aa tokko malee akka darban taasise. Waqtiin tokko tokko facaasuuf yoo ta'u, waqtiin tokko tokko immoo sassaabuuf akka ta'e beekuu qabna. Waqtii keenya yoo hin beekne ganama irbaata nyaanna, galgala immoo ciree nyaachuuf dhamaana.

Yeroo qabeenyi keenya tikkeettii otobusii qofaaf gahaa ta'etti tikkeettii xiyyaaraa bituun ganaa akka jiru hubachuu qabna. Dalagaa(action ) irra jiraachuuf dhiisuu keenya of ilaaluu qabna. Waqtii itti hojjennee, waqtii itti boqonnu adda baasnee beekuu danda'uu qabna.

HUMNA JABAA

12 Nov, 20:03


Dhumarratti kan lakkaaโ€™amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti. Jireenya waggoota kee keessa jiruudha.
Abraham Lincoln
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
HUMNA JABAA

HUMNA JABAA

12 Nov, 19:57


Mee altokko akkuma barreefama channel kanarraa share gootan link channel kanas share godhaamee

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/HUMNA_JABAAKOO28

HUMNA JABAA

12 Nov, 19:25


Ati nama kaayyoo ta'i malee,olola diinaaf bakka hin kenniin, haasaa nama sin madaallee yookiin sin beeknee bira darbii๐ŸŒŸ

HUMNA JABAA

12 Nov, 18:47


Namni hubataafi beekaan jechi isaa rukuttaa caalaa๐Ÿคœ๐Ÿค›

HUMNA JABAA

12 Nov, 18:44


Namoonnii nama madaaluuf miilli isin ariifatu, dura of madaalaa๐Ÿ™๐Ÿ˜Š

HUMNA JABAA

12 Nov, 18:34


Yoo ofitti hin amantu ta'e namuu sitti hin amanu.

Naruto Uzumaki
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
HUMNA JABAA

HUMNA JABAA

12 Nov, 18:03


Namoonni account TikTok gurgurtaa qabdan followers 20k ol qabuf kessan naaf barreessaa
๐Ÿ‘‰ @Daani28

HUMNA JABAA

12 Nov, 14:27


Link Garee humna jabaa kunooti join godhachuun yaada keessaan achi jalatti naaf barreessuu dandeessuu ๐Ÿ‘‡
Dorgommiin keenya karaa group waan gaggeefamuuf join godhachuun nu hordofaa

Yaada keessan karaa group link kanaa naaf barreessa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/JabaanHumna