ORO TOTTENHAM @orotottenham Channel on Telegram

ORO TOTTENHAM

@orotottenham


โœ… CHAANAALI KANA KEESSAATTI :-

โšช ODDEEFANNOO TOTTINHAAM

โšชSEENAA TAPHATTOOTA TOTTINHAAM

โšชTAPHOOTA TOTTINHAAM KALLATTIIN

NI ARGATTU #JOIN GOCHUUN MAATII CHAANAALI KEENYAA TA'A.

CREATOR - @Abdiii_7 Promotion ๐ŸŽ–๏ธ @Abdiii_7

ORO TOTTENHAM (Oromo)

ORO TOTTENHAM kan bara kanatiif:-nnโœ… ODDEEFFANOO TOTTINHAAMnnโšช SEENAA TAPHATTOOTA TOTTINHAAMnnโšช TAPHOOTA TOTTINHAAM KALLATTIINnnNI ARGATTU #JOIN GOCHUUN MAATII CHAANAALI KEENYAA TA'A. Boruu hin beekne!!nnAMMA CREATOR irraa kan Abdi, Renaissance fi Khalid dhaan.

ORO TOTTENHAM

21 Nov, 09:37


Tottenhaam Hotespur feedhii Taphataa Saraara fuuldura issa Soon Hiiyung Miin gurgguruu akka hin qabnnefi waaligaaltee dabbaalata wagga tokko akka keenufi heddan beeksisaniiru.

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

21 Nov, 09:35


Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,

Namoota Amma Online irraa Jirtan Qofaaf ๐Ÿ˜ฑBadhasa Birr 100 Namoota 15 f qopheessine jirra.

Gaaffi kana nama dursee argatedha.

Gootni oromoo icciiti jiru hin dubbadhu jechuun waraqaa icciitii nyaate eenyu jedhama ?

dafaa daqiiqan utu hin golabamin

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

ORO TOTTENHAM

21 Nov, 05:08


Guyyaa gaariiโค๏ธโค๏ธ

ORO TOTTENHAM

20 Nov, 20:36


Maatiin ORO TOTTENHAAM Halkaan gaarii qabadhaโค๏ธโค๏ธ

ORO TOTTENHAM

20 Nov, 18:20


Gaallatasaaraayii Taphataa Saraara fuuldura Tottenhaam Soon Huyiing Miin mallateessiifachuf ilaala jiru.

Waaligaalteen Tottenhaam keessatti qabu xummuraa bara kana ni xummuramaa.

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

20 Nov, 06:47


๐Ÿšจ Spuurs bakka bu'aa sirri Kiriistiiyaan Romeroo yoo argaate Taphatiicha gurgguruf ni yaaduu.


โž›[Football Insider]

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

20 Nov, 06:42


๐ŸŽ† Tapha Swiidin Azerbaijan barbaadeesiite irratti Kuulun Kubba Goolii ta'u tokko fi Goolii lamma Lakkofsiisu danda'eeraa.๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

Kulusveskiiiiiiiii๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

20 Nov, 06:38


Tapha Kaleesa Waales Filaand 4-1 injifaate irratti Breenan Joonsan Goolii tokko Lakkofsiisu danda'eeraa.๐Ÿซถ

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

19 Nov, 20:15


Maatiin ORO TOTTENHAAM Halkaan gaarii qabadhaโค๏ธโค๏ธ

ORO TOTTENHAM

19 Nov, 19:03


Mooriisiiyoo Poochiitiniiyoo waggaa 5 har'a Tottenhaam waalin waaliigaltee mallateesse.

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

19 Nov, 16:30


๐Ÿด๓ง๓ข๓ฅ๓ฎ๓ง๓ฟ Tottenham taphataa sarara bitaa Viilaariyaal Alejandro Baena jijjiirraa Amajjiin irratti ilaalaa jira.
Bara kana garee Ispeeniif taphoota 11 irratti kubbaawwan 5 mijeessee kennuu fi goolii 1 galchuun taphataa murteessaa garee kanaati.

๐Ÿ“ฐ Fichaajes

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

18 Nov, 20:55


Halkaan gaarii qabadhaโค๏ธโค๏ธ

ORO TOTTENHAM

18 Nov, 14:50


๐Ÿ”ฝ BREAKING NEWS๐Ÿ”บ

๐Ÿ‘‰Kilaabnii keenya Spuurs Asxaa issa haala suura irra jiru kannan jijjirre jira.

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

18 Nov, 14:43


Tapha itti aanu


โšฝ๏ธ Maanchistar Siitii fi Tootinaam Hootspar

๐Ÿ“… Dilbata Adoolessa 23, 2024

๐ŸŸ Istaadiyeemii Itihaad (Garaa) .

๐Ÿ† Piriimiyerliigii Ingiliiz


๐Ÿ‘‡ Tilmaama isaanii kaa'aa ๐Ÿ‘‡

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

18 Nov, 14:42


โŽTaphoota 7 sababa adaabiin Rodriigoo Beentankuur jalaa darbaan

Maanchistar Siitii ๐Ÿ›ซ
Fulbaana ๐Ÿ 
Bournemouth ๐Ÿ›ซ jedhamuun beekama
Cheelsiin ๐Ÿ 
Saawuzhaampitan ๐Ÿ›ซ
Maanchistar Yunaayitid ๐Ÿ 
Liivarpuul ๐Ÿ 

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

18 Nov, 14:40


๐Ÿ’ป WAVE๐Ÿ“ฒ New best

Galmee socho'aa

Kun galmee hundarra gaarii dha. Nu waliin ta'aa.

Carraa folder koo isiniif kennetti hin fayyadamne, keessattuu warri chaanaalii 3k+ qabdan.

Har'a irraa eegalee chaanaalii 10k ol qofa fudhachaa jira, kanaaf osoo galmeen hin guutin yeroo dhiyootti nu waliin ta'aa.

Abbootiin qabeenyaa chaanaalii ulaagaalee armaan gaditti tarreeffaman guuttan kottaa nu waliin ta'uun carraa argametti fayyadamaa  

โ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆ

โžก๏ธ 1k+ subscribers

โžก๏ธ 3k+ subscribers

โžก๏ธ 5k+ subscribers

โžก๏ธ 10k+ subscribers

โžก๏ธ 20k+ subscribers

โžก๏ธ 30k+ subscribers

โžก๏ธ %%%k + subscribers

โ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆโ—ฆ
Hi, bye, link fi admin qofa!

โš ๏ธ Hubachiisa: Chaanaalii ilaalcha qabu ta'uu qaba ๐Ÿ˜Ž

Inbox ๐Ÿซต๐Ÿ‘‰ @babi_52B
โž• Add to us channel @babi_52B

ORO TOTTENHAM

18 Nov, 11:28


โœ…Official

๐Ÿ‘‰Rodrigo Bentaankuur bara dorgommii duraa waa'ee Son Hyong-min irratti yaada kenneen ( Racail slur ) taphoota 7 dhorkamee ยฃ100,000 adabame.๐Ÿ˜ญ

Garruu tapha Yuurooligii akka taphaatu ibsaameera.

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

17 Nov, 17:21


๐Ÿ“ธโค๏ธโค๏ธ

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

15 Nov, 09:47


Taphni kun nama 10 affeeruun qarshii Ethiopia 500 baasaa jiraa ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ

Dhugaa ta'uusa adda baasen jira

Hojichi reefuu jalqabaa jira waan taheef ammuma jalqabaa booda dhaabbachuu danda'a waan ta'eef

Kan isin irraa eegamu link gadii kanaan gara marsaritii taphicha deemun lakk. bilbila fi password itti galchun register gootu itti aansun verification code bilbila keessan irra isinif galun verify gochuun seentu.

Link marsaritiichaa

Register by this link
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Join our world of betting, and enjoy new surprises every day! https://www.vivacredits.com?id=MjE1MjgxNjA4Mzc0MjcyMA==&from=OTM0ODEyOTk2|MjE1MTgwNzc1OTUwMzM2MQ==&lang=en&cid=hbcp&channel=web

ORO TOTTENHAM

15 Nov, 09:31


Oduu Gammachiisaa ๐Ÿ™

Akkuma kanaan dura beektan mansuur Jamaal guyyaa Har'aa group tokko isiniif banee jira.

Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaafamaa

Badhaasni qophaa'e QARSHII 100k dha. Guyyaa lama qofaafi

Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa.

Linkii
@mansur9911
@mansur9911

ORO TOTTENHAM

15 Nov, 09:21


Taphni kun nama 10 affeeruun qarshii Ethiopia 500 baasaa jiraa ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ

Dhugaa ta'uusa adda baasen jira

Hojichi reefuu jalqabaa jira waan taheef ammuma jalqabaa booda dhaabbachuu danda'a waan ta'eef

Kan isin irraa eegamu link gadii kanaan gara marsaritii taphicha deemun lakk. bilbila fi password itti galchun register gootu itti aansun verification code bilbila keessan irra isinif galun verify gochuun seentu.

Link marsaritiichaa

Register by this link๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Join our world of betting, and enjoy new surprises every day! https://www.vivacredits.com?id=MjE1MjgxNjA4Mzc0MjcyMA==&from=OTM0ODEyOTk2|MjE1MTgwNzc1OTUwMzM2MQ==&lang=en&cid=hbcp&channel=web

ORO TOTTENHAM

15 Nov, 08:29


Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardi Mobayila Abba 100 qophaheera Dafa amuma join godha๐Ÿ‘Š

Dafaa nama 20 qofa Dafi Atis๐Ÿซต

ORO TOTTENHAM

15 Nov, 07:43


Folder haara banamee jira.
Namoonni bilisaan(without  payment) chaanaali keessan guddifachuu barbaaddan, asiin na dubbisaa  ๐Ÿ‘‰ @Advertising172


Chaanaali keessan view bareedaafi miseensa 1k ol qabachuun dirqama.

Chaanali 1k gadii ammoo bifa walii galteen kan isiniif galchun ta'a.

Inbox ๐Ÿ“ฅ. @Advertising172
Inbox ๐Ÿ“ฅ  @Advertising172

ORO TOTTENHAM

15 Nov, 06:46


Badhaasa ethiotelecom fi Bank Hojii gamtaa waliin ta'uun qopheessaan irratti hirmaachuuf bakka Ethiotelecom jedhu xuqaa!!

Ethiotelecom yeroo jalqabaf wan gaarii hojjete๐Ÿ”ฅ

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 19:58


Chaanaali haaraa torban torbanin diraama hirkoo vidiyoo guutuu walin kan isin biraan ga'u banamee jira.

Kolfuun umurii dheeressa๐Ÿ˜
Join gochuun irraa fayyadamaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 19:11


Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,

Namoota Amma Online irraa Jirtan Qofaaf ๐Ÿ˜ฑBadhasa Birr 100 Namoota 15 f qopheessine jirra.

Gaaffi kana nama dursee argatedha.

Gootni oromoo icciiti jiru hin dubbadhu jechuun waraqaa icciitii nyaate eenyu jedhama ?

dafaa daqiiqan utu hin golabamin

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 18:18


Channel guddicha waa'e cryptocurrency wajjin wal qabatu WABI TECH join godha irraa baradhaa

Tajajilli keenya :-

๐Ÿฅ‡โ˜žAirdrop amanamaa tahe hordoftootasa biran gahuu

๐Ÿฅˆโ˜žOdeeffannoo wayitawwa ta'an hordoftootasa biran gahuu

๐Ÿฅ‰โ˜žFree internet jiru isinif kan maxxansu


WALII GALATTI WAA'E CRYPTOCURRENCY KAN BARSIISUDHA

Ammuma bakka START NOW jedhu tuquun itti makamaa !!!

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 18:02


Yeroo darbee vedio namicha Balthazar jedhamuu dubartoota 400 ol waliin ciisee ture vedio isaa ba'3 ture !

Hammas vedio haara kan nama Ethiopia ba'ee jira argachuuf bakka vedio jedhu xuqi!!

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 17:51


Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardi Mobayila Abba 100 qophaheera Dafa amuma join godha๐Ÿ‘Š

Dafaa nama 20 qofa Dafi Atis๐Ÿซต
@wbb_soll

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 14:56


๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ท| Son seenaa Kooriyaa Kibbaa keessatti goolii heddu galchuudhaan sadarkaa lammaffaa ta'e.

โ€ข Cha Bum Kwon (gooliiwwan 58).

โ€ข Soon Huyiing Miin (gooliiwwan 50).

Taphataan saraara fuulduraa tottenhaam Soon har'a Koriyaaf har'a Goolii lakkofsiise jira.

MOTM๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 07:50


๐ŸŒ„BREAKING๐Ÿ’ 

Tottenhaam Waaligaaltee Soon Hiiyung Miin haanga bara 2026'tti dheeresuuf waalin duubii taphaaticha waalin eggaalee jira.

๐Ÿ—ฃFABRIISIIYOO ROOMAANNO:

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 04:14


โšฝ๏ธ Spurs baatii Guraandhalaa keessa Inter irraa Jan Bisekitti mallatesiisuu barbaadu jijjirraa kannaf Gara โ‚ฌ30m (ยฃ25m) kan baasu ta'a.

โšฝ๏ธ Inter isa tursiisuu barbaadus lakkoofsa Yuuroo miiliyoona 40-45 ta'u diduun isaanitti ulfaata.

Fuuldurri Roomeeroo Tootinaam keessatti mirkanaa'aa waan hin taaneef, Ispeers taphataa Jarmanii kana akka bakka bu'aa ta'uu danda'utti ilaala jira.

โœ๏ธ Tottenham dorgomaa waan hin qabneef maqaan kilabii Ingilizii biraa isa hawwachuu hin danda'u.

๐Ÿ“ฐ "Inter Live" MADDA Keenya

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

14 Nov, 04:10


โšชโšชGOOD MORNING SPUURS ๐Ÿ“๐Ÿ“

GOOD DAYโค๏ธโค๏ธ

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

13 Nov, 11:09


โšฝ๏ธTottenhaam Guraandhala dhufu Job Bellingham Sunderland irraa Mallateesiisu barbaadu.

๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง Sanderland bara haaraa kana keessa Spurs irraa gaafii jijjiraaf off qopheessaa akka jiru amanama bara kana Bellinghaam Suunderlaandiif Taphoota 12 , Goolii 8tti fi Assistii 5 bara dorgommii ajai'baa dabaarsa jira.

โœ Landaan World Madda nuu irra wabbefaanne dha.

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

13 Nov, 11:03


๐Ÿ“ฃBREAKING

โšฝ๏ธ Tottenham Taphaata Saraara Fuulduraa Mirgaa Manchister Siitii Jack Grealiish waliigaltee ergiisaan mallatteessuu barbaadu dabbaaltanis taphaatiichi gara Spuurs imaalu barbaada.

(Madda: In Sider Football).

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

13 Nov, 10:16


๐Ÿ˜ณBREAKING NEWS

โœ๏ธ Akka Gaazexeessitoonni Landan jedhanitti

Rodrigo Bentaankuur taphoota torbaaf ni adabama๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

13 Nov, 09:58


Akka Hiikkaa Foorbis gareewwan ispoortii addunyaa irratti bu'aa guddaa argatan (waggoota sadan darban).

Ispeers gareewwan kubbaa miilaa sadarkaa tokkoffaa keessa jiru.๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

SHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
SHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

13 Nov, 04:37


Akkam bultaan maatiin Channalii ORO TOTTENHAM huundii keessaanu guyyaa gaarii qabadhaโค๏ธโค๏ธโค๏ธ

ORO TOTTENHAM

04 Nov, 11:02


Animation fatherโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ

๐ŸŒˆSHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
๐ŸŒˆSHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

๐ŸŒˆ NORTH LOONDOON๐Ÿ“๐Ÿ“

ORO TOTTENHAM

04 Nov, 04:27


https://t.me/major/start?startapp=6186899421

๐Ÿ‘‘ Join me in @Major game and earn $MAJOR token soon!
โญ๏ธ 750 rating bonus for you.
โญ๏ธ 1000 rating bonus if you are Premium.

ORO TOTTENHAM

04 Nov, 03:59


๐Ÿ“Akkam bultaan maatiin Channalii ORO TOTTENHAM ๐Ÿ™ hundii keessaanu Channalii Guddicha ORO TOTTENHAM filaanoo keessan gochun nuu fanna tura guyyaa gaarii.

๐ŸŒˆISIIN JALAANA๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ’ซ

๐ŸŒˆSHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
๐ŸŒˆSHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

๐ŸŒˆ NORTH LOONDOON๐Ÿ“๐Ÿ“

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 21:41


Guyyaa tapha gaarii waalin dabaarsiine jira Astoonvilla akka dhufetti ammansiisne gara mana deebi'snne jira.

Haanga boruu Odeeffannoowaan biraatiin walliitti deeb'inutti Halkaan gaarii qabadha.

Vidiiyoo fi Highlightii taphoota har'a argaachuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Orotottenham1

๐ŸŒˆIssiin jalaanaโค๏ธโค๏ธ NORTH LONDOND IS WHITE๐Ÿ“๐Ÿ“

๐ŸŒˆSHARE ๐Ÿ’ซ @Orotottenham
๐ŸŒˆSHARE๐Ÿ’ซ  @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 16:12


Ispaarsi dirree isaa irratti Aston Viilaa injifate ๐Ÿ”ฅ Itti aansee Ispeers Kamisa tapha Yuurooppaa Liigii irratti Galatasaray keessummeessa.

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 16:11


โšช๏ธ๐Ÿน Goolii 5
Assist 2
SOLANQE๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 16:09


Vidiiyoo goolii๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Orotottenham1

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:59


Tottenham 4-1 Astoonvilla

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:57


Boooooooooooom ๐Ÿ”ฅ Boooooooooooom ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:57


Xummurameera

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:56


+1

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:55


4-1๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:54


Maddiiiisoooooon

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:53


Goooooooooool ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:52


Or kulusveskiiiiiiiii

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:52


Maddisoon

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:52


Iddo bareeda irra

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:51


Rukkutaa adaabii nuuf

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:51


Ka'e jira

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:51


Jonson midhaame kufe

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:50


+7

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:49


Kubban nuu bira

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:47


Daqiiqa 90+10

ORO TOTTENHAM

03 Nov, 15:45


Vidiiyoo goolii๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Orotottenham1

ORO TOTTENHAM

26 Oct, 13:06


๐Ÿ†™ BRAKING
Tootinaam Peedroo Pooroon gara Maanchistar Siitiitti akka hin deemne dhorkuu barbaada.

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

26 Oct, 09:08


Channalii goolii keenya ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Orotottenham1

Channalii suurawaan taphatoota keenya ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Oro_Spurs

ORO TOTTENHAM

26 Oct, 09:01


Soon Kiristaal Paalaas waliin taphachuun isaa shakkiidha Ange Posteglu.

"Soon ammallee fayyaa miti, dhibbeentaa 100n fayyaan itti hin dhaga'amu." Har'a shaakala hin godhu, tapha boruu irrattis hirmaachuun isa shakkiidha."

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

26 Oct, 04:41


Priimeer ligii Ingilaandiin taphoota Tottenham Hotespur itti aanan 5 kana fakkaata

โœˆ๏ธ Vs K.Paalaas
๐Ÿ˜๏ธ Vs Astoonvilla
๐Ÿ˜๏ธ Vs Ispiiwich Taawun
โœˆ๏ธ Vs Manchister Sitii
๐Ÿ˜๏ธ Vs Fulhaam

Qabxii meeqa waan millk'efaanu issinitti fakkaata ?

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

26 Oct, 04:05


๐Ÿ†™ NEXT MATCH-TAPHA ITTI AANU

๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ด Priimeer ligii Inglaand torbee 9ffaa

๐Ÿ”ตK.Paalaas Vs Tottenham โšช

โฐ Sa'aatti:- 11:00

๐Ÿ“ Guyyaa tapha :- Sanbaata gudda

๐Ÿ˜๏ธ Tamsaasa kallattii mana mana keessan teessanii @Orotottenham irra

NORTH LOONDOON IS WHITE โšชโšชโšช

โšชโšชCarra gaarii kilaaba keenyaf ๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

26 Oct, 04:03


90'n tilmaama isa Priimeer ligii Ingilaand torbee kana yoo ifoomsuu::

Kilaabnii keenya Tottenham 2-1 K.paalaas ni injifaata jechuun ka'eera

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

26 Oct, 04:01


GOOD MORNING FAMILY๐Ÿ“๐Ÿ“

Guyyaa gaarii issiinif akka ta'u hawwiina๐Ÿ•Š๏ธ

ISIIN JALAANA โšชโšช

ORO TOTTENHAM

25 Oct, 20:47


Guyyaa gaarii nuu fanna akka dabaarsiitaan abdii keenyaa boruu odeeffannoo biraattin haanga walliitti deeb'inutti halkaan gaarii๐Ÿซถ๐Ÿซถ

ORO TOTTENHAM

25 Oct, 05:38


Gabaate saddarkaa Yuurooppaaligii torbee 3ffaa booda

Spurs gooliin caalamun 2ffaa irraatti argaama.

ORO TOTTENHAM

25 Oct, 05:29


Akkam bultaan maatiin Oro Tottenham

Guyyaa gaarii๐Ÿ™๐Ÿ™

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 21:35


๐ŸŽ™๏ธ| Lucas Bergvall waa'ee carra tapha dorgommii Awuroopaa irraatti argaachu issa :

โ€œ Baayy'ee baayy'ee gammadee ani umrii ko 18'n carra akkanaa argaachu kootiin hin ammaane ani kanniin dhufee ligii Sewedish irraayii suuniif kunni immo heedu gargaara jechuun kannan boodas carra akkanaa kana argaachuf hiriiyoota koo waaliin jabaadhe hojjaadha โ€

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 21:20


โšช๏ธโšก๏ธ James Maddison TNT Sportif taphaan booda: โ€œDaqiiqa 45' haangaa 65'โ€ฆ kan taphaacha ture gurbaa dandettii adda qaabunii keessaatu Left Wing irraattiโ€.

Mikii Moore amma reefu umrii 17' dhugaa har'a waanan jedhe issa ibsuu hin qaabu

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 21:10


Ratiing tapha har'a

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 21:02


Raggaalee Tottenham taphoota Yuuropaaligiin as dhiiyyoo qaabu :-

Tapha 7
7 injifaate
7 osoo goolii hin keessumessiin baahe

What a brilliant performance ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ

SHARE @Orotottenham
SHARE @Orotottenham

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 20:58


Taphoota darbaan 3 yuuropaaligiin injifaannee jira

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 20:57


North loondoon is whiteโšชโšชโšชโšช

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 20:56


Boooooooooooom ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ Boooooooooooom ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO TOTTENHAM

24 Oct, 20:55


โœ…Tapha Liigii Awurooppaa xummuraame.

โฑFT'

Tootenham 1-0 AZ Alkmaar
โšฝRiichii ( p' )

Carra gaarii kilaaba keenyaf ๐Ÿ™

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

23 Oct, 06:26


๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ kilaabnii Speen Siviyaan baatii Guraandhalaa keessa Archie Gray ergifaannan Tottenham irra mallateesiisu  barbaaddu

๐Ÿ“ Gabbaasnii kan gazaxxeessa Speen (Deportetii)

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

23 Oct, 06:21


๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ทArdaa Guler yeroo tapha kalleessa Riyaal Maadriid caalaatti mufateera.kunni immo Kan ta'e yeroo tapha dhabbu isaatiini maaree kana kan hubbataan kilaaboonnii Ingilaand  "Tottenham", "Aston Villa" fi "Newcastle" haala taphataa lammii Turkii kana itti dhiyeenyaan hordofaa jiru.

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

23 Oct, 06:10


๐Ÿ—„๏ธChannalii suuraa taphatoota Tottenham argaachuf #JOIN godhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Oro_Spurs

๐Ÿ—„๏ธ Channalii goolii fi highlightii taphoota Tottenham argaachuf. #JOIN godhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Orotottenham1

ORO TOTTENHAM

23 Oct, 04:00


Akkam bultaan maatiin Oro Tottenham

Guyyaa gaarii๐Ÿ“

ORO TOTTENHAM

22 Oct, 13:47


๐Ÿ‘‰Tootinaam tapha Dilbata darbe Weestihaam waliin taasisaniin daqiiqaa 82ffaa irratti โ€˜taphattoonni isaanii haala sirrii/kan hin kakaasneen akka amala qabaatan mirkaneessuu dhabuu isaaniitiin FAโ€™n himatame.

Mohaammad Kuduus akka kilabii Weestihaam Yunaayitid waliin himatame.

[Dubbi himaan FA].

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

22 Oct, 11:45


๐Ÿ“ŠGaree cima torbee kanaa WhoScored baase

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

21 Oct, 21:13


๐Ÿ†MAATIIN ORO TOTTENHAM Huundiinu guyyaa gaarii akka waaliin dabaarsiine abdii keenya haanga boruu oddeffannoo. bal'aa biraatiin walliitti deeb'inutti halkaan gaarii ๐Ÿ™Œ๐Ÿ™Œ

ISIIN JALAANA๐Ÿ“

ORO TOTTENHAM

21 Oct, 13:50


๐Ÿ—„๏ธTaphataan sarara ittisaa kilaaba keenyaa Raaduu Draagusin sababa hanqina daqiiqaa taphaatiin baatii Guraandhalaa keessa kilabicha gadhiisuuf yaadaa jira.

Naapoolii , kilaboonni Xaaliyaanii fi Priimeer ligii Ingiliiz adda addaa taphataa kana sochii isaa ilaalaa jiru.

MADDII :- GOAL NEWS

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

21 Oct, 13:29


๐Ÿ†•NEXT MATCH - TAPHA ITTI AANU

๐Ÿ†™Tapha Yuuropaa ligii marsaa 3ffaa/tapha 3ffaa

โœ”๏ธTootinaam torbee kana dirqama Yuurooppaa Liigii itti deebiโ€™ee jira

โšชTottenham ๐Ÿ†š AZ Alkmaarโšซ


๐ŸŽชStaadiyemii :- Tottenham Hotespur

โšกCarra gaarii kilaaba keenyaf โšชโšชโšช

Tamsaasa kallatti โšกโšกโšก

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

21 Oct, 08:45


๓ง๓ข๓ฅ๓ฎ๓ง๓ฟ waal-dhabde Yves Bissuma fi ilmaa isaa

Bissumaan ilmi isaa garee biyaalessaa Maalii keessatti akka taphatu barbaada.

Ilmi isaa garee biyyaalessaa Ingilaandi qofa taphachuu barbaada.

MADDII:-Maalii official angle

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

21 Oct, 08:03


โœ”๏ธ Tottenham dhugaa yoo kan pedroo pooro
gurguuru tannan
sababa gurgurtaa isa qofaan paawundii miiliyoona 60 ol argaachu qabaa .๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

(๐Ÿ“ฐMadda: Ispoort news).

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

20 Oct, 11:33


๐Ÿ—ฃโ€Yeroo sarara gidduu isaanii ilaaltan gurbaa akka [Tomas] Soucek kan guddaa, qaamaan argamu fi [Lucas] Paqueta fi [Guido] Rodriguez kan teeknikaan baayyee gaarii ta'e qabu. Lola sana injifachuu qabda sababiin isaas yoo taphattoota fuulduraa isaanii toโ€™annaa jala galchan dhuguma sodaachisaa waan taโ€™aniif sadan isaaniiyyuu saffisaa fi daayinamikii dha.โ€

๐Ÿ—ฃโ€Madda irratti dhaabuun nu barbaachise akkas jechuudhaan sana dhuguma akka gaariitti hojjenne jedheen yaade. Jalqaba irratti xiqqoo waldhabdee harkaa ture jedheen ture garuu cimina keenya eegnee dhuma irratti isaan cabsine jedheen yaade.โ€

๐Ÿ—ฃโ€Sun qaama jijjiirama garee fi bakka nuti gahuu barbaannuti. Xiqqoo keenya mirkaneessuudha, waaโ€™ee tapha Biraayitan baayโ€™ee ifa godheera, kubbaa miilaa keenyaaf buโ€™uura kan taโ€™e qajeeltoowwan murtaaโ€™oon garee balโ€™aa fi kalaqaa nuti taane taโ€™uuf nu dandeessisu jiru.โ€

๐Ÿ—ฃโ€Hojii cimaa, gurmaa'ina fi naamusa irratti xiyyeeffannaan dhugaa tokko tokko waan jiruuf har'a lamaan isaanii agarsiisuu qabna turre. Osoo bu'uura cimaa sana achitti hin qabaatin walakkaa lammaffaa irratti akkas ol'aantummaa qabna turre jedhee hin yaadu.โ€

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

20 Oct, 11:32


๐ŸšจAnge Postecoglou yaadaa tapha kaleessan booda middiyaaleef kennan :

๐Ÿ—ฃโ€Baayyee gaarii ture raawwii fi buโ€™aa isaati gammadeera. Walakkaa jalqabaa illee baayyee cimnee hojjechuu qabna turre, xiqqoo wal'aansoo nuti ta'e ture.โ€

๐Ÿ—ฃโ€Gareen guddaa qaama fi dandetti waan taโ€™aniif naannoo murtaaโ€™een walsimsiisuu qabda. Kubbaa lakkoofsisuun abdii kutannaa akka taโ€™e ifaadha garuu gara taphaatti deebiโ€™uuf hojjenne, dhuma walakkaa jalqabaa irrattis carraa gaarii argannee itti fayyaadamne injifaannoo keenya arganne.โ€

๐Ÿ—ฃโ€Walakkaa lammaffaa irratti huundiinu ol mo'aachuf nutti fakkaate garuu keessumaa naannoo sarara gidduu irratti toโ€™annoo argachuuf waan cimaa sana keessaa muraasa hojjenne bu'a gaarii nuuf kenne.โ€

SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham
SHARE ๐Ÿ•Š๏ธ@Orotottenham

ORO TOTTENHAM

19 Oct, 13:28


North loondoon๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO TOTTENHAM

19 Oct, 13:26


Soon Tottenhamiif goolii 250

ORO TOTTENHAM

19 Oct, 13:25


Boooooooooooom ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ Boooooooooooom ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO TOTTENHAM

19 Oct, 13:25


Tapha Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 8ffaa

           โฐXummurameera

Tootinhaam 4-1 Weestihaam
โšฝ๏ธKuluseveski 36' โšฝ๏ธKuddus 18'
โšฝBissummaa
โšฝ OG
โšฝSoon

๐ŸŸTootinhaam Hootisparsi

ORO TOTTENHAM

19 Oct, 13:22


Vikariiyooooo ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

4,871

subscribers

1,340

photos

19

videos