Zamana ammaa kana keessa halkanii fii guyyaan akka malee wal jala fiigaa jiru. Guyyaa khalee dhihoo tana #JiaRamadaanaa itti dhaammannee gaggeeysinee turre. Har'a garuu nutti dhihaatee guyyaa 90 hin caalleetu nuufii isa jidduu jira. Rasuulli ﷺ gaafa " hanga zamanni walitti dhihaatutti qiyaamaan hin dhaabbattu" jedhan san dhugaa dubbatan. Abul-Farj ibn Al-Jowziin " silaa warra qabriitiin "hawwaa" jedhameenii; guyyaa jia ramadaanaatirraa ta'e tokko hawwu ture.ღ۞
.
اللهم بلغنا رمضان، وتقبله منا، ونحن في أحسن حال، وجميع المسلمين.
Jumadal Ula 20,1446H