Waayyuu Promotion🛰 @waayyuupromotion Channel on Telegram

Waayyuu Promotion🛰

@waayyuupromotion


Odeeffannoo saffisaa fi waytaawaa ni dhaqqabsiifna!

Waayyuu Promotion 🛰 (Oromo)

Waayyuu Promotion channel is dedicated to promoting Oromo culture, literature, and entertainment. If you are interested in learning more about Oromo traditions, language, and way of life, this is the perfect channel for you. With a variety of content ranging from poems to folk tales to music, Waayyuu Promotion provides a platform for Oromo artists and creators to showcase their work and connect with a wider audience. Whether you are a member of the Oromo community or simply curious about this rich culture, you will find something of interest on this channel. Join Waayyuu Promotion today and immerse yourself in the beauty and diversity of Oromo heritage! Odeeffannoo saffisaa fi waytaawaa ni dhaqqabsiifna!

Waayyuu Promotion🛰

28 Dec, 19:28


✍️"Baay'en namaa gufuu mudate arga garuu muraasni carraa arga .Bayyanachaan jira,daran jabaadhen deebi'a" Bukaayoo Saakaa.

Gurraachi Gunners deebi'uuf jira,dafii fayyi jennaan.

Waayyuu Promotion🛰

11 Dec, 14:05


Muhaammad Ingilaanditti maqaa jaalatamaa maatiin hedduu ijoollee isaaniif moggaasan ta'e

Inglilaanditti ragaan daa'imman haaraa dhalatani fi maqaan moggafame bara baraan ifooma.Biyyattii keessatti maqaan Oliiviyaa fi Olivar maqaa jaalatamaa fi namoota hedduuf moggaafamuun sadarkaa jalqabaarra ture.
Bara 2023tti garuu maqaa da'immaan haaraa dhalatanii sadarkaa tokkoffaa kan qabate Muhaammad ta'eera
Ingilaandiifi Weelsi keessatti bara 2023 maqaan daa'immanii dhiiraa baay'inaan bahee jiru Muhaammad tahera. Daa'imman dhiiraa 4,600 tahan maqaa kanaan moggaafamaniiru. Maqaan Muhaammad jedhamu kuni bara 2016 irraa kaasee maqaa ijoollee sadarkaa tokkoo hanga 10 jiran keessaa ture. Amma garuu maqaa ijoollee dhiiraa sadarkaa tokkoffaarra ture Nohaa jedhamu akka caale Waajirri Istaatistiksii Biyyaalessaa(ONS) biyyattii himeera.

Waayyuu Promotion🛰

22 Sep, 16:49


🤯🟥 RED CARD FOR TROSSARD!

He is sent off after receiving a second yellow‼️

Waayyuu Promotion🛰

22 Sep, 16:35


👉The Gunners💪🔥🔥🔥
⏰️ Boqonnaa

Manchester City 🔵 1-2 🔴 Arsenal 🙌🏻
Halad Kalafiyor
Gabriel

@Waayyuu promotion

Waayyuu Promotion🛰

19 May, 15:12


Guyyaa Xumuraa❗️
Eenyutu waancaa kaasa❓️

✔️Manchester City'n tapha 37 taphatee qabxii 88 fi garaagarummaa goolii 60 tiin 1ffaa irra jira.

✔️Arsenal tapha 37 taphatee qabxii 86 fi garaagarummaa goolii 61 tiin sadarkaa 2ffaa irra jira.

✔️Tapha Torbee 38ffaa Har'aa kana Manchester City'n kan taphatu West Ham wajjin yoo ta'u Arsenal immoo Everton wajjin taphata.

Har'a galgala sa'aa⌚️12:00 irratti eegalu.

👉Waayyuu Promotion

Waayyuu Promotion🛰

12 May, 17:44


👉Xumurameera

Dhukaastonnni dursummaa liigichaa fudhatan!

Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee Soddomii Torbaffaa hardhaatiin Arsenaal tapha Maanchistar Yunaayitid waliin taasise 1 fi 0n injifate.

Leandro Trossard goolii tokkicha Ganners galche. Leandro Trossard bara kana Arsenaaliif dorgommiiwwan hunda irratti goolii kudha torba lakkoofsiseera.

Maanchistar Yunaayitid dorgommiiwwan hunda irratti goolii saddeettamii lama kan lakkoofsifame yoo ta'u, kunis waggoota shantamii afur keessatti bara dorgommii tokko keessatti goolii irratti gale isa olaanaadha.

Arsenaal :- Qabxii 86 1️⃣ffaa
Man Yunaayitid :- Qabxii 54 8️⃣ffaa

Dilbata dhufu taphaa xumuraa - Arsenaal fi Evertan waliin morkata!

Baga Gammaddan🐘🐘🐘🐘🐘

Waayyuu Promotion🛰

12 May, 16:32


Boqonnaa

Man United 0 - 1 Arsenal

👉Waayyuu Promotion

Waayyuu Promotion🛰

12 May, 16:10


🚨🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿 GOAL |
Manchester United 0-1 Arsenal | 20' Trossard

Waayyuu Promotion🛰

08 May, 21:36


Riyaal Maadrid Baayerni Muunik injifachuun tapha xumuraa Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbe.

Tapha deebii har'a taphatameen Riyaal Maadrid galchii 2fi 1'n dhaqaa gala galchii 4fi 3'n Baayeer Muunikiin injifachuun xumuraaf darbe.

Riyaal Maadirid yeroo 18ffaaf xumura waancaa Shaampiyoonsi Liigiif darbuu isaati.

#UCLfinal...

Dortmund 🆚 Real Madrid