Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Rakkoo raabsaafi gurgurtaa Boba’aa irratti mul’atu furuuf mootummaan xiyyeeffannoo addaa kennee hojjechaa jiraachuu Hoggantuun Biiroo Daldalaa Oromiyaa Aadde Masarat Asaffaan ibsaniiru. Mootummaan misooma dinagdee biyya keenyaaf dhiheessiin boba’aa murteessaa ta’uu hubachuun qaalayiinsa gatii idil_addunyaawaa ta’e hordofee olka’iinsa gatii mudachaa jiru damdamachiisuuf deeggarsa maallaqaa taasisuun alaa galchaa kan tureefi jiru ta’uu ibsaniiru.…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/rakkoo-raabsaa-fi-gurgurtaa-bobaaa-irratti-mudachaa-jiru-maqsuuf-mootummaan-tarkaanfii-fudhachaa-jira-bdo/