๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™ @xalayaajalaala Channel on Telegram

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

@xalayaajalaala


Karraa channel kanaa qophiiwwani jaalalaa qoofatuu darbaaโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ’žโœโœโœ๐Ÿ’ž

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™ (Oromo)

Xalayaa jaalalaa channel kanaa qophiiwwani jaalalaa qoofatuu darbaa. Kan akkaataa ykn ajajaan jaalalaa qabduun gara garaa dhiira jalqaba jedhu. Channel-iiwwan hordofaa kan akka Waaqeffannaa, Sirnaa Gadaa, Fiilmii, Jaalalaa, fi jaalalattuu adda addaa argamsiisuun ni dandeessu. Kan hunda qabaattan qabsoo hawaasa qabsoo dhugaan gubatanii hanga ykn dhaloonni Oromoo irra deddeebi'aniif kennamu arguu dandeessu. Xalayaa jaalalaa kan akkaa Jaalalaa Oromoof bahe sirnaa Gadaa, jaalalaa fi itti fufaa isaa dhiira jalqabaa irraa jedhu. Dandeessiwwan kana akka ummata Oromoo adda addaa argamsiisanii qoophaa'uu dandeessu. Kan dogoggoraafi jaalalaafi jaalallaa itti fufaa argatan kana irratti dhiira jalqabaa irraa dhiisi deddeebi'aniif qophaa'uu dandeessu. Kan akka hawaasoota Oromoo fi dhaloota dhaloota dhugaatii qabanii hin argatu.qabanii hin qabanii shirrii fiilmii itti fufaa argansisan jedhu. Sirnaa gadaafi jaalalaa adda addaa argachuun kunumatti qabee jaalalaa gabaabaa dha.

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

15 Nov, 05:32


WADAADHA
Kani waqinif lafiti beku
Kani oneni kenya eguu
Kani egumisa gafatuu
Raabisi buuke dhabatu
Wada hin nyatini lubbu
Kana waqini kani jibuu

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

13 Oct, 13:43


https://www.tiktok.com/@sanyiigirm?_t=8qVkOzNkpvC&_r=1

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

06 Dec, 11:20


Hin dhufin sin eegu
Na wallaali sinbeeku
Si arguu'n barbaadu
Nan yaadin sin yaadu

Jedhee atis itti amantee
Ammanattuu gaabbitee
Karoora jibbaa gantee?

Naan hin jedhin malee
Nama ejjennoon bade
Karoora jibbaa keessattin
sin hawwe, sin yaade....!

W.H.T

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

01 Dec, 06:13


Akkaa fuuletan kunoo
Kudhan suura kee lalaa
Wal irraa nuu fagesse
Yaa hamatuu halalaa
"                                 "
Guyyaa wagaan laka'eeni
Ji'inimoo jaraa ta'aa
Argaa kanii kee aradeeni
Qalibidhan biyya bahaa
"                                    "
Galaan meeqa cehee
Mukaa jirmati ofii buuse
Qalbii naa fuudhufi jedha
Yaadoni jalalaa kuusee
"                                      "
Kootu naa walanadhu
Qabamee mogolleti
Ta'een sii egaa jiraa
Anii jalataa keetti

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

06 Oct, 04:28


Live stream finished (51 seconds)

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

06 Oct, 04:27


Live stream started

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

04 Sep, 19:41


Sifii jechaa Mana bahee
Kunoo kaa mana galee
Jirachan jiraa qashitti
Jirenyaa isaa naa maale
   Atii hoo akkami lataa
   Yoo raftee lafaa kaata
   Jiruun garii sifii ta'ee
    Ergaan mana sii bahee
  
    

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

19 Jan, 02:55


Gurgudaa mukaa garaa
Yaa mukaa qixee qabinee
Manaa jiraa maa jetaa
Edaa dhufee sii dhabinee
Dedebi'e akka hin dhufinefi
Hin qabuu sooda takisii
Kanani soodadhe garuu
Abbaan Kee marshali bandii
Obbollesi Kee garidii
Atii firaa Abbaa angooti
Sagalitaman egaamtaa
Otuu hojetuu hamaa
Waani gaaridhan beekamta
Kanafi kaa yaa mucaayoo
Namaa sii tuqef wayyoo

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

23 Feb, 05:31


Jalalaa foolii garii
Kee jibaaraa gargarii
Jalala furtuu jiruu
Sobaadha inni sinii alaa
Gamachuuni tokko jiruu
Yaa isaa hundaa bituu
Tokichichumiti sini gituu
Jalalaa madaa nagaa
Sii biraa essan dhaqaa

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

10 Feb, 06:23


Akkasan walale akka naa gogodhu
Sii arguu naani qufaa nyaata tokko fedhu
Jalalan na hite qabde na sakalete
Kessa koo gamadaa ijii koo yoo sii
Laalite

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

08 Feb, 11:12


Intaala oromitichaa kuule ijaa kula
Oson si argadhe siwajin ka'e suura
Oson jalala kef basee gatii guuda
Akkana hawin koo ini yeroo hundaa

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

20 Jan, 18:18


Iccitii....

Iccitii jiru koo of kessatti baadhe
Jalaala keef jedhe gariis gadhee nyadhe
Waadaa walii eegnee walii wajjin bubbulee
Rakkoo xiqqoof jecha wal arga tutture

Hirribaa na dhorkee ofiin taโ€™e mugaa
Si obsuu hin danda'u na bossisa dhugaa
Atis na hin dagatiin anis si hin dagadhu
Ergaan si jallaadhe kan bira hin milladhu

Walii wajjiin barre dhandhama jalaala
Nama hundaa kessaa naaf siitu naaf caala
Garuu dogoggoren seena iddoo hin tane
Natti dhagaโ€™ama ergaa gargar baane

Jalle koo ijoollummaa mirgistuu jalaala
Maaf narra fagatta akka kooraa Gaala
Namni dogoggore badii isaa hin hubaatu
Rakkoon yoo jiraate Jaarsi nu hin dubbatu

Dhis na dhiftee hin adeemin iddoo rakkinatti
Gargar bahu hin wayyuu boodde gabbinati
Yoo narra adda baatees si hin wayyuu nama ormaa
Rakkoonis muudannan garaan koo na rorma

Ofii intaala Oromtittii an sumaan jalladha
Qabeenya kee miti obsaa keen filadhaa
Kan jiruf hin darba kan du'etti badee
Abjuu Halkaqn ta'e na dhabde barbadde

Harkumaa isaatu fuudha lubbu harkii isa ka'e
Anummatu fayyisaa onnee kee mada'ee
Turus an nan dhufa na eegii obsumaani
Mudhii kee hidhadhu hin argiitu qanii

Waanti hundumtu hin darba guyyaan wal jijjire
Dacheen kottinfatees ofiisaan diriiree
Qaataa nuuf dhiyaate guyyaan wal agarruu
Gammachuun simaachuf gadda haa dabarru

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

17 Jan, 18:29


Akka sombaa fi Tiru

๐Ÿ‘‰Fedhii osoon qabuu abdii kiyyaa
Tatus nama carraa hirruu
๐Ÿ‘‰Ati narraa fagaattu
s yaadnii koo
Yeroo hundaa si bira kan jiru
๐Ÿ‘‰Onnee koo boojitee
Jalaala dhugaan kan narraa fagaatte
๐Ÿ‘‰Ijii koo si dhaabde onneen koos
Rifaatte qalbiin koos maraattee

๐Ÿ‘‰Walirraa fagaachuun anaaf godaannisa
๐Ÿ‘‰Kanaafan qaroo koo karaa ilaalchisa

๐Ÿ‘‰Wal baruun akka tasa
Addaan ba'uun garuu madaa garaati
๐Ÿ‘‰Si dhabuu hin danda'u
Ati qabeenyaa koo ishee waa maraati
๐Ÿ‘‰Ijaa koo bitaaf mirgaa
Ishee ilkaan cabbii
๐Ÿ‘‰Atii anaaf warqeedha
Sumaa naaf kenne rabbii

๐Ÿ‘‰Qalbii kenyaa ergiifne
Hin laatnu alaagaf gurraa
๐Ÿ‘‰Warri jalaala hin beekne
Dhufe haa baruu nu irraa
๐Ÿ‘‰Jalaalleen lamaan akka sombaaf tiruu
๐Ÿ‘‰Anaa Fi Ishee kan qixxaatu hin jiru......

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

15 Jan, 11:53


๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ
Jalala jechuun Lafa irra dhaabatani akka Urjii waaqarratti ilaalaniti, ati fagoo irra dhaabatte akkasumas dukkana kessaa dhaabatte ilaalta garuu bareediinni Urjii yomiillee fokkise hin beeku, jalallis akkasi ati hiyyessas ta'ii, nama gabaabas ta'ii yookis dhukkubsata, ati akkasi jedhee hojii isaa hin dhisuu onnee nama hundumaa kessaa seene akka Urjii bareedina namaf Kenna.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
xalayajaalalaa
xalayajaalalaa

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

15 Jan, 08:03


Live stream started

๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œโค๏ธโ€๐ŸฉนXalayaa jaalalaa๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐ŸŽ™

15 Jan, 08:02


Jaalala xalayaa nama dinqisisu

Akka harraa oso internetin hin babballatin dura dargaggessi lammii ta'iwwan tokko girlfriend isaa kan isarraa xiqqo fagaatte argamtuuf xalayaa barressa. xalayichanis akka heddu ishe jallatu fi ishenis murttesite akka isatti herumtu kan gaafatu ture. darggaggeessi kun waggaa lama keessatti oso walirraa hin kutin xalayaa 700 barressanif. Guyyaatti xalayaa tokko waggaa lamaaf.
Sana booda deebiin intala gaazexaa beekamaa biyyattin beksifama.akkas kan jedhus ture." inttalli jalallen ishee akkashen itti herumtuuf waggaa lama kessati xalayaa 700 itti barresse sun boyfriend ishe kana dhiisudhaan namicha postessaa mana posta kessa hojjechaa ture Fi isa xalayaa 700'n Sana amanamummadhan guyya guyyaadhaan waggaa lamaaf manatti ishedhaaf gessaa turetti herumte "kan jedhu ture.
Maddi, theguardian fi familytimes marsariti jedhamaniratti

@Xalayaajaalalaa
@Xalayaajaalalaa