MICHUU๐Ÿ“š @michuu_ko Channel on Telegram

MICHUU๐Ÿ“š

@michuu_ko


Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu๐Ÿฅฐ

Yaadaaf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf๐Ÿ‘‡
โœ๏ธ @Michuu_ko

MICHUU๐Ÿ“š (Oromo)

MICHUU๐Ÿ“š is a vibrant and engaging Telegram channel that caters to lovers of Oromo literature and culture. With the username @michuu_ko, this channel is a hub for those who are passionate about Oromo language, history, and traditions. Whether you are looking to immerse yourself in Oromo literature, connect with fellow enthusiasts, or simply expand your knowledge about this rich and diverse culture, MICHUU๐Ÿ“š has something for everyone. The channel provides a platform for members to share their thoughts, ideas, and creations related to Oromo literature. From poetry and short stories to discussions on cultural events and traditions, MICHUU๐Ÿ“š is a community where like-minded individuals can come together to celebrate their shared heritage. For those who are interested in staying updated on the latest content and discussions, MICHUU๐Ÿ“š also has a companion channel with the username @Michuu_Fayisaa. This channel offers a curated selection of content that is sure to inspire and educate viewers about all things Oromo. Join MICHUU๐Ÿ“š and be a part of a thriving community that values and promotes Oromo literature and culture. Connect with fellow enthusiasts, share your own work, and expand your knowledge in a welcoming and inclusive environment. Discover the beauty and richness of the Oromo culture with MICHUU๐Ÿ“š today!

MICHUU๐Ÿ“š

10 Feb, 12:34


Elaamee Qayyoo...

Jechake tokkottii
Kudhanitti qoodee
Oolmaa kees dagadhe
Didee yoon si oode

Walarguun qoftiyyuu
Gammachuu kan malte
Har'a wal arguunis
Dubbii yoo nu dhalte

Kabaja si dhorkee
An deemnaan bitake
An salphoo namaati
Barbaadi Gita ke!

Jaarsummaas hin ergiin
Garaa kees kutadhu
Osoo yeroon jiruu
Miila ke butadhu!

Harmee ke siif da'ee
Abbaa ke siif dhalchee?
Ergan sin kabajnee
Maaltu itti si galche?

โœ… Michuudha

MICHUU๐Ÿ“š

10 Feb, 07:30


Dhengadda kana Akka nama siinerii tokkoottaan taa'ee fresh gibbii keessaa taajjaba ture. Innaa police kaaffeetu asiif achi Ijoollee fresh kana hunkura. "As hiriiri achii deemii!"jedhee isaan arii'a. Fresh'n tokko keessaa akkas jedhe "Elaa Teacher,Ani seeraan hiriireera."jedha.

Anis beekumsa durii Fi ammaa , kitaabota namoonni gurguddoon dhimma kana irratti barreessan walitti fideen taa'ee qaaccessuu,xiinxaluu eegale. Akka yaada Remidial kanaatti waanti namatti dheekkamuu Fi Akka hiriira keenya eegnu nu qajeelchu barsiisaa qofa.๐Ÿ˜Maalan sin sobaa miti anumtuu yeroon gibbii seene milishaan Akka ammaa kana waan hin baay'anneef kan nama reebuu Fi namatti dheekkamu hunduu barsiisaa natti fakkata ture. Egaa nuti sirna barnootaa Abbaa Fi abaabiileen keenya itti barataan keessa baranne qubaa qabaadhaa๐Ÿ˜

Egaa bara ammayyaa kana keessa mucaan Kun akkamitti police Fi barsiisaa adda baafachuu dadhabe kan jedhus sammuutti na dhufe๐Ÿ˜. Maalif immoo "Elaa Milishaa..." Hin jenne jedheen yaade. Erga police Fi barsiisaa addaan baafachuun itti cimee ,Biraanuu Naggaa Fi Biraanuu Juulaa hoo adda baafachuun hangam itti cima laata kan jedhus sammuuko keessa xib' jedhe.๐Ÿ˜

Mee innoo haa tahuuti. Isin rimidiyaalonni obboloonni keenya warri Ani jaalladhu sun,tokkoffaa barsiisaa Fi police gibbii adda baafadhaa isin fayyada. Lammaffaa Library' keessatti sagalee keessan gadi qabaati dubbisaa nun jeeqiinaa! Sadaffaa immoo bishaan guurtanii labrary' hin seeninaa baqqaa ! Walgahii Wayii waan deemaa jirtan seetanii moo waa afaan kaawwattanii dubbistu Labrary' keessattis๐Ÿ˜ Behinnatachuu muuddii nujalaa hin balleessiinaakaa!

Isinan jaalladha isin qaxaleewwani!

MICHUU๐Ÿ“š

09 Feb, 06:26


Namni miindaa mana kiraa ji'a tokkoo kaffalachuuf akkamitti waggaa 16 ol walitti aansee barata? Of gaaffattanii beektuu? Innuu dhabamaa Isa jiruuwoo๐Ÿ™„

Wayinee balaachoo๐Ÿ˜”๐Ÿ˜”๐Ÿ˜”

MICHUU๐Ÿ“š

07 Feb, 23:33


Gorsa siineriin isiiniif kennus qabadhaaga.

Bro yeroo dubbistu yoo siif galuu dide maal Akka gootun si gorsa na hordofi.

Jalqaba waan ati dubbisaa jirtu sun siif galuu dhabuusaa check gochuu qabda.
2ffaa irratti suuta jettee bakka jirtuu kaatee gara suuqii deemta. Achiis Ancaqqee (mastiikaa) banana jedhamu qarshii 10 kiisii kessaa baastee bitattee gara dubbisa keetti deebita.
3ffaa irratti Ancaqqee sana qola irraa baastee afaan kawwatta.
4ffaa irratti akkuma dubbisa ke eegalteen harka bitaan rifeensa mataa Kee foowuu ykn maruu eegalta.
Step kana hordofuu qabda.Dubbisni siif galuun kanuma! Dubbistee yoo siif galuu dides Akka itti namaaf galu beekuun iyyuu waan tokko!

Nagaan oolaa Mee!

MICHUU๐Ÿ“š

07 Feb, 11:19


Yaaddannii beektuu?

Ilaalcha fayyaalessaan faayyamanii jiraachuu,garaa qulqulluu Fi qajeelaan nama waliin nagaan buluu. Sammuu Fi qalbii tasgabbaa'aan jireenya ofii gaggeessuu, garbummaa sobaa Fi fafakkeessuu jalaa bilisummaan jiraachuu! Yaaddannii beektuu 'confidence ' guutuun olii gad socho'uu,maatii jaalalaan Wal dheebotu gidduu jiraachuu,dhabdes argattees quuftes beeloftes sammuu ofitti amanamummaa sitti lallabu qabaachuu, Hiriyaa dhugaa jaallallee Akka garaa ofii waliin garaa irraa kolfuu,qe'ee safuu Fi safeeffannaa qabu keessaa dhalachuu ......

Yaaddannii beektuu??

โœ…

MICHUU๐Ÿ“š

06 Feb, 17:33


"Kan firaaf eeleen dhaabne, Ormaaf eegee dhaabdi!"jedhani.

MICHUU๐Ÿ“š

06 Feb, 08:29


Maaloo adaraa"Michuukoo,lubbuukoo" jettanii nama biratti Nan waamiinaa biyyaa maatiin bilbilaanii natti dheekamaa jiru ๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

05 Feb, 12:14


Ijoollee keenya keessaa namuma Cuuqqoo Fi qocqocaa harkatti qabatee na dubbisee deebi'un dhabekaa dhiiro!

Warri Kaan xiyyaaraan misaa nyaatanii deebi'u. Kaan ammoo maatiitu ganamaan dhufee laaqana afeeree deebi'a.

Ani sinin mararuuyi qooyi ๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

04 Feb, 11:41


"Mootiiko siin barataa Yuunivarsiitii jaallachuu koof sittan boonaam ani!"jette intala kutaa 7 barattu tokkotu yeroo wayii ๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Duuti Abbaa ofii bultee qoosaa taati jedhani๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

03 Feb, 08:06


Abbaan ke "Si yaaadeeeee" jedhee text gaafa siif barreessu garaanke hangam boora'a๐Ÿฅฐ

โœ…Jaalala Abbaa๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ

MICHUU๐Ÿ“š

02 Feb, 17:54


Kuma keessaa Kuma
Dhibba keessaas dhibba
Dhugaa waaqa lafaa
Ani ofuman jibba!

Namummaakoon haala
Jiruu koon hadheessa
Nama biraa taheen
Deebi'ee of dheessa!

Amman of yaaduurra
Diinatu naaf yaada
Anatu ofiiko
Balleessuu barbaada!

Ormatu natti aana
An ofiif bineensa
Haraamuu taheetan
Man-gumaa of geessa!

An diina kooti!

MICHUU๐Ÿ“š

29 Jan, 15:43


Si taajjabaam
Waaqaaf laftuu
Dhiisi lakki
Sitti haa haftu!

Deemuuf taanaan
Daandiin dheeraa
Dursee garuu
Si kadheera!

Hin muramne
Maaliif dhiigda
Lakki deemuuf
Maalif fiigdaa?

Lakki lakki lakki๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ

MICHUU๐Ÿ“š

27 Jan, 12:34


Daa'ima tahuun Gaariidha Garuu ilaalchaa Fi amalaan tahuu hin qabu!

MICHUU๐Ÿ“š

25 Jan, 13:40


"I wish I will a robot. No feeling, No sadness,no pain!"

MICHUU๐Ÿ“š

25 Jan, 04:44


Yaadannoo durii sana!

MICHUU๐Ÿ“š

24 Jan, 08:14


REMIDIAL'N Gibbii dhufuuf qophiirra jirtan Nagumakaa๐Ÿฅฐ
Egaa Library'n nutti dhiphachuusheeti jechuudha mitiiree?๐Ÿ˜

English Adviced book,Maths and physics extreme book kana qabaatanii nu fuuldura teessu mitiiree ๐Ÿ™„ Isa info naaf qoodimee Jettanii labrary'tti dubbisa nu dhorkitan tokkos fiddanii dhuftukaa?


Bassoo Fi qocqocaa kanas dagattannii Akka hin dhufnemee! Yoo dandeessan immoo waa harkatti qabadhaa naaf koottaakaa!

Isin qaxalee dha! Dhugaa Hedduun isin dinqisiifadha! Nagaan koottaa! Karaa gaarii!

#Madda_Walabu_university_Remidial_students_2017

MICHUU๐Ÿ“š

23 Jan, 18:52


Barnoonni,kalaqnii fi dalagaan sammuun malee arrabbaan hin hojjetamu! Osoo waan arrabaan hojjetamu tahemmoo xiinxaltoota keenya warra mana bunaa Fi mana xajjii oolantu Miiliyeenara ta'a ture. Garuu dubbiin dubbii sammuuti!

Isin callisaati dubbisaa bira darbaa! Dhukkubsataan qorichasaa hin wallaaluuti asii fuudhee haa liqimsu!

Nagaan bulaa!

MICHUU๐Ÿ“š

23 Jan, 07:34


Yaa waaqakoo! Maaloo guyyaan jireenya ko keessatti galmalee gammadu naaf fidi. Waan fedhakee naaf haa tahu!

โœ…Done

MICHUU๐Ÿ“š

22 Jan, 14:13


Mee itti yaadaa!

Mee Rabbiif xalayaa tokko qofa waan hanga Ammaatti siif hin galle akka barreessitu yoo gaafatamte maal jettee barreessitaaf? Pls comment irra naaf kaa'i

MICHUU๐Ÿ“š

22 Jan, 13:10


Doneโœ…

MICHUU๐Ÿ“š

21 Jan, 15:45


Yaa Uumaa!
Gammachuu ko akkan hin dhabneef maatii Fi hiriyaako nagaatti naaf eegi๐Ÿคฒ
Ni goota Galatoomi
!

MICHUU๐Ÿ“š

20 Jan, 19:30


"Haqa akkan hin haasofneef haqa kootu sarbameera! Dhugaa akkan hin dubbanneef dhugaa dubbadheen miidhame. Onnee qulqulluu akkan hin qabaanneef kenneen dhabe. Kanatu fafakkeessuu Amala ko yeroo godhe!"

Have a nice time!

MICHUU๐Ÿ“š

19 Jan, 19:40


Koottaa Garraamiin keessan Waanan tahen isinitti hima garuu adaraa maatiitti naaf hin himiinaa jarri kabbaadiidha.

Ennaa maaltu tahe seetani boqonnaafan biyya gale. Akkuma carraa bro ko xiqqaa waliin( dhiifama bro tokko qofan qabaga๐Ÿ˜)Osoomaa deemaa jirruu mana Puulii bira geenye. Anis silaa afaan gad Nan taa'u mitiiree "Puulii haasa'uu ni beektaa?"jedheen Isa gaafadhe. Innis " Uuuu eessattan beeka? Harkaan qabeeyyuu hin beeku!" Naan jedhe. Animmoo yeroo wayii torbee tokko deddeebi'ee istiikiitiin white ball' dhahuu bareen ture.๐Ÿ˜

Jennaan "Beenumee dhokannee seennee tokko taphannee baana!"jedheen fudhadhee seene. Aniga hangafas barataa Yuunivarsiitiiti mitiireega๐Ÿ˜ Puulii barsiisiisuufi.๐Ÿ˜

"Break godhi!"naan jette bronko Kun . Break immoo akkamiin bare? Jedhee gaaffii osoo natti uumuun break godhee eegalle.

Isuma takkaa hiixatee egalu 14,10'n wali duukaa galche. Dhaabadheen ilaalee.๐Ÿค” Break sana itti dabalee natti kenne. Animmoo 15'tiinan adabame ๐Ÿ˜

Kana booda gurbaan Kun 2ffaa irratti xumurameera naan jettee fiigaa gadi baate๐Ÿ˜

Kana taanee osoo hin taphatiin gatii table kaffallee baanekaa!

Amma mucaa wayiitu waan akkanaa kaasee na yaadachiise. Ijoolleen ammaa waan Hunda bartee dabarteetti. Fatanaa Biraanuu qofa bartee darbuu dadhabde malee๐Ÿ˜

Mee nagaa naaf tahaa!

MICHUU๐Ÿ“š

19 Jan, 15:50


"Account'ke irraa qarshii qabaannaan guyyaan hunduu Ayyaana"jedhe Dr.๐Ÿ˜

Baga Ayyaana Cuuphaa nagaan geessani hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa martuu!

Sinitti haa tolu!

MICHUU๐Ÿ“š

18 Jan, 11:46


Bro, Nama amanaa jirta taanaan ati dhukkubsatteetta keessumaa durba amanta taanaan immoo na amani ati duuteetta!

Kanuma!

MICHUU๐Ÿ“š

17 Jan, 06:09


"Michuu Atis kaaffee fayyadamtamoo?"naan jette. Silaa biyya kanatti fammasuun rakkoodha. Isan dhiyeenya gooddanyaa isheetti waa dubbadheemmoo dhageesseetti natti fakkata.

Akkuma qoosaa wayiin sister'n ko lamaan Canada Akka jiran, father'n konkolaataa ISUZU 4 Fi baasii 2 Akka qabu,amboo Fi adaamaatii gamoo Akka qabnu,anis kaayyoof jedhee asitti jireenya Nan madaallee jiraachaa akkan jiru waa keessaa dudubbadheen ture Nan yaadadha. Passport akkan qabuu Fi process' biyya alaa deemuuf xumuraa akkan jirus dubbachuuko numan beeka. Kana mana bunaa wayiittin haasa'e beekaa!

Jalqabumaa,manumti bunaa gaarii dhabnekaa magaalaa kanaa dhiiro jedhee eegallaan callistee ijakeessa na ilaaluu eegallaan oduuko gadnaquun eegale.

Ergasii akkaataan dubbisashees liyyenatii uumuu eegale. Hiriyoonni ishees na ho'isuu eegalan.

Garuu Ani akkan dubbadheyyuu dagadheen ture๐Ÿ˜

Mee nagaan oolaaka!

MICHUU๐Ÿ“š

15 Jan, 17:57


Friends nagaa jirtuu? Dhiifama tibba kana xiqqoo teenshinii wayiitu mataarra na jira qoosuu hin danda'u. Akkuma beektan A' irrattimmoo qoosaan hin jiru. Fatanaa booda walitti deebina.

Yeroo gaarii qabaadhaa!
Sinan jaalladha jechuuf ka'een Nama wayiitu asuma keessaa natti dheekkamaafan dhiise๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

13 Jan, 12:49


Har'as waa dubbadhuu naaf eeyyamtuu laata?

MICHUU๐Ÿ“š

12 Jan, 14:04


#_Axareeraa!

Ammuma osoon Library' taa'ee dubbisaa jiruu tokko dhufee "maaloo qalamake na jijjiiri kiyya bic' tahe kanaafuu xixiqqeessee naaf hin barreessu" jedhee qalamako fudhatee deeme.


Axareeraama kana irratti Waanti naan galle ni jira. Elaamee broko axareeraa yeroo barreessituumee Qormaata irra Kun hin hafu ni dhufa jetteeti mitimoo? Akkasuma jetteeti Nan beeka. Egaa waan Qormaatarra siif dhufu qabachuu kan hin dandeenye sammuunke Kun maalumaaf si fayyada Mee natti himi. Dhuguma koon si gaafadhaam.

Yeroo dubbisan yaadannoo qabaachuun waan sirrii Fi gorfamudha. Axareeraa sammuuke caalaa amanuun garuu garbummaa hamtuudha. Waan dubbiste hin qabattuumoo haadhooko? ๐Ÿ˜ Maal yaadaa dubbistaa qooyi?๐Ÿ˜

Amma Mee Yaa jara keenyaa nama axareeraan Qormaata hojjetutu biyyaaf maatiif even ofiisaaf bu'aa buusa jettanii yaadduu?๐Ÿ˜”
Kanatu hojjetaa,Ogeessaa Fi maandisa tahee bu'aa buusaa dhiiro?

Pls sammuu keessan axareeraa gaditti hin ilaaliinaa!

Yoon dagoggore dhiifama!

MICHUU๐Ÿ“š

11 Jan, 13:50


Suurake naaf ergimee jennaan suura wayii qalaw naaf goote๐Ÿ˜

Macheem Kun suuruma harmeeshe taha jedheen dhiise. Kun tilmaama kootiga๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

10 Jan, 15:56


Ishee Tokkotu" ati ganaa dhร lachuu si gaafata"naan jette .

Elaa yaa Rabbi dhuguma ganaan dhaladha taanaan natti haa hafu na dhiisi๐Ÿ˜

Garuu Ijoolleen durbootaa Isa akkasitti hamilee nu rukkuttan yoo dhiistanooga๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

09 Jan, 17:38


๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

08 Jan, 20:39


Abdii qabaachuun gaariidha garuu Lafa dukkanoofteef ibsaa qopheeffachuun dirqama. Hin Gowwoomiin bro "Dumeessa malee bokkaanuu ni rooba!" Inni jedhan bara namni Fi lafti garaa qulqulluu qaban hafe!

Nagaa wajjin

MICHUU๐Ÿ“š

07 Jan, 09:23


โœŒ๏ธGorsa ammallee hojiirra oolchaaka jarana๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

06 Jan, 16:38


Baga Ayyaana Dhalachuu nagaan geessani!๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐Ÿ’ฅ
Warri maatii bira jirtan fataa jedhaaga.

Qircaas Zambiilii qabadhaa deemaati maatii keessaniif fuudhaa isaaniin hin dhamaasiinaa!๐Ÿ’ฅ๐ŸŽ‰

Inni biraan immoo Ijoolleen durbootaas waan Akka farsoo Fi juusii ka'aati warra ollaaf buusaa adaraa!

Lama itti buustanii teessanii oduu keessan hin qaamiinaa!๐Ÿ˜

Warri Akka ko mana Hidhaa guddicha jirtan immoo nutuu Wal beekna waan taheef biran darba. Garuu adaraa poolisii gibbii hin rakkisiinaa dafaati yeroon mooraatti galaa๐Ÿ˜. Qarshii maatiin siniif erganis guyyaa tokkotti daaraa botoroo hin godhiinaa 'naaf haa bulu'jechuu baraa!

Isa lama -lama taatanii mana caffaraa seentan sanas maatiin isin hin dhaga'iinkaa! Silaa nuunoo garaa bartaniittu๐Ÿ˜

Booru Dogoggoruu Waanan danda'uufan dursee isiniif barreesse. Tahus booru waanan post godhu yoo jiraateef to'annoko malee tahuu waan danda'uuf itti hin qabamiinaa!๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰

Ayyaanni Ayyaana Milkii Fi jaalalaa isiniif haa tahu!


โœ…Michuu keessan irraati

MICHUU๐Ÿ“š

05 Jan, 18:05


Warri bara kutaa 8 barannu sana"kaayyoon qaba barumsakoorraa Nan kaasiin. An waa'ee barumsaa qofan yaaduu barbaada!"jechaa turanis kunoo dahanii daa'ima lama Lama godhatani๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

05 Jan, 17:56


Yoo dhugaa dubbanne namatu nun jaallatu nun leellisu Yoo sobne immoo seera uumaatu caba! Beektuga leellifamuu immoo namni jibbu hin jiru ๐Ÿ˜
Rakkanne!

MICHUU๐Ÿ“š

05 Jan, 08:47


Waa nyaanna jennaan Ayyaanniillee Dafee gahuu didekaa dhiiro๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

03 Jan, 17:07


Bro waa si gorsuu?

Yuunivarsiitii Fi college keessatti hongeen qabxii yoo si mudachaa jira tahe maal goota beektaa?

๐Ÿค”๐Ÿค”

Dhugumayyuu maal goota amma๐Ÿ™„

Naaf hin galle anumaafuu๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

01 Jan, 19:30


'Warri obsi dhagaa affeela'
Jettan affeeltanii maal
gochuufi...




Mee natti himaa

MICHUU๐Ÿ“š

01 Jan, 17:25


MICHUU๐Ÿ“š pinned ยซYaa qalbii koo Yaa qalbittii Yaa Yaada koo Yaa dabdittii Ya ishee bariin Ala laaltuu Ya ishee namaaf Anaan haaltuu Ya ishee ormaaf Bakka qabduu Yaa ishee natti Huuruu dhaabduu Karoorako Osoo argituu Narraa gortee Kan darbitu Yaa qalbiikoo Yaa qalbittiiโ€ฆยป

MICHUU๐Ÿ“š

01 Jan, 08:26


Yaa Sabakoo hanga final exam'n xumuramutti torbee lamaaf yoo Wal zaggaanee hoo maal tahaga๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

31 Dec, 18:25


Bro! Nama yoo ati dhugaa dubbatte sin amanne , Sobi rakkoo hin qabu anatu siin jedhe!

MICHUU๐Ÿ“š

31 Dec, 06:00


Jaalladheen ture garuu miscall natti goote Xiqim fallaagii naat๐Ÿ™„"Jedhe #_Samu'eel_Bojaatu

MICHUU๐Ÿ“š

30 Dec, 11:17


๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”
Karoorriko Laga gama
Ani reefun Manaa ka'a
Egereeko yoon xiinxalu
Gaaffii guddaa natti ta'a!

๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿฅบ๐Ÿฅบ

MICHUU๐Ÿ“š

30 Dec, 04:28


๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

29 Dec, 08:02


Nagaan kiyya
Si dhukkubee
Boqochuunko
Yoo si gube!

Natti hinaafnaan
Kuma keessaa
Natti himadhu
Obboleessaa
Kana caalaan
Si bobeessa!

โœ…Michi keessaan

MICHUU๐Ÿ“š

28 Dec, 06:33


Baay'ee baay'een Gaabbe

Akkan si jaalladhu
Isan hime aayyootti
Isa Guddaa yaannee
Wal dhabne laayyootti

Akkan sin daganne
Isan siif kakadhe
Isan text keef
Kitaaba lagadhe

Isan Hiriyaako
Si dhabuurra haale
Isan si amanee
Kiyyoon taane gale!

Har'a yoon yaadadhu
Lafan jiru dhaaphee
Si jaallachuu kootti
Baay'ee baay'een gaabbe


โœ… React โค๏ธ

MICHUU๐Ÿ“š

27 Dec, 09:54


Password ATM koo nan dagadhe warrii beektan natti himaamee..... ayyaanni wayii gahaa jira๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

27 Dec, 05:33


Loon waliin Wal dandeessee jiraachuu shaakaluu yoo barbaadde Yuunivarsiitii Gali bro anatu siin jedhe. Achi looniif re'oota hedduutu jiraatii.

MICHUU๐Ÿ“š

26 Dec, 15:12


Waanti baayyeen si naasisuu danda'a garuu waan Akka si class keessatti jeeqaa oolee homaa osoo siif hin galiin barsiisaanke quiz qabdu waaqaa baafadhaa"jedhu si naasisuu gonkumaa hin jiru!

MICHUU๐Ÿ“š

25 Dec, 10:15


Booruu keenya
Rabbi beeka
Guyyaa har'aa
Kolfaa seeqaa!

Jireenyillee
Toluu baatu
Hin Gaddiinnaa
Yetaabbaatuu๐Ÿ‘Š

Akka waaqaaf
Kunoo jirra
Fataa jedha
Sin ofirraa!

Yoo duunellee
Kolfaa duuna
Dukkanoofnees
Maal gadfuuna
?

Guyyaa Gaarii!

MICHUU๐Ÿ“š

25 Dec, 06:12


"Sistu Akkam nagumaa? Library' kanatti yeroo Hedduun si argaa jira. Haallike namatti tola Mee Wal haa barru." Calliste. Ammas irra deebiin maqaan gaafatame. Sagalee laaftuu wayiin"Biqiltuu!"jette. Tole Eessarraa dhufte? Suuta jettee Wall-aggaa! Hayyee anis!"
Sagalee hawwattuu kana dhiisee waanan deemu miti Duwaayii godhaa sabni
Milkeessi waaq Jettan malee hin darbiinaa Woromoo๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

24 Dec, 14:28


Ofii yoo gaafataman deebisuu hin danda'ani garuu chiikota qo'achiisaa oolu! Anaan waanti na dhibu durboonni cimina dhiirotaatti hammam Akka amananidhaam!

Ofiiyyuu C tarreessa Ishee dubbisiisa. ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

What a generation ๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

23 Dec, 17:44


Yaa baraa๐Ÿ˜ญ

MICHUU๐Ÿ“š

23 Dec, 04:44


Pls react โค๏ธ godhaakaa woromoo๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

22 Dec, 09:20


Milkaa'uun maal akka tahe baruu yoo feete mucaa isa chiikii isaa yuunivarsitii ofii barachaa jirutti guuchisiisee milkaa'e gaafadhu bro๐Ÿ˜ƒ

Nagaan oolaakaa!

MICHUU๐Ÿ“š

21 Dec, 06:38


Barsiisaan ko sirriin elementary Fi highschool 'tti hafe.

Beekumsa qabu hamma danda'u siif gumaacha. Guyyaa guutuu dhaabbachaa oola. Sin jibbu sin hinaafu sitti hin fayyadamu. Aangoo fi humnasaa sitti argisiisuuf hin dhimmamu. Qabxiillee Hamma ati argatte siif qaba. Yoo balleessite si gorsa maatii keetti siif hima. Sababanii qabxii walirraa muruun elementary hin jiru!๐Ÿฅฐ

Gabatee gurraacha guutee harkaan siif barreessa. Atimmoo Isa waliin xumuruuf daddaftee barreessita. Hanga uffannisaa daaraa boronqiin laaqamutti of Kennee si barsiisa.

Anis ergan barsiisaa Yuunivarsiitii argeen "Barsiisaan ko sirriin Elementary Fi highschool 'tti hafe"jedheem bar๐Ÿฅฐ

Barsiisota koo durii yoomiyyuu isiinan jaalladha isinan kabaja naaf jiraadhaa!

MICHUU๐Ÿ“š

20 Dec, 16:49


Mee dubbii wayiin Gurra isin buusa! Wal haa hordofnu.

Yeroo wayii mucaa tokkotu Yuunivarsiitii barata jedhani. Mucaan Kun qabxii kana toora galchee naqa. Baruma baraan numa Foora jedhani. Fooruu jechuu beektu mitiiree? 4:00GPA Fiduu jechuudha boodumaafuu baraaga.

Ennaa maaltu tahe seetan, Akkuma Fooraa deemeen Exit exam'n gahe, Namnis hiriyaanis Isa abdatu mitiireega ishees qorame jedhani.

Egaa firiin Exit exam' Gadhiifame , mucaan Fooraa ture Kun Haddub' jedhee biyya keessa kufe. Kanaan yoom gahe erga qabxiisaa ilaallatee Dhiiga shaate jedhani๐Ÿ˜

Maal jechuun barbaade ......

๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค” Anumaafuu Nan galle maal jechuu akkan barbaade๐Ÿ˜

Waaqayyo Haddub' jechuu isin haa oolchu!

Mee nagaan bulaa!

โœ…Michuudha

React

MICHUU๐Ÿ“š

20 Dec, 14:13


"Dhugaa hundi hin jaalatu, kanaaf maa jibbitu hin jedhamu!"๐Ÿฅฐ

MICHUU๐Ÿ“š

19 Dec, 18:19


Hawwii .....

Osoon baallee qabaadhee
   Osoon ta'ee joobira
   Silaa barrisee dhufeen
   Yoona si bira jiraa

Qofummaa kee dagattee
Yeroodhaaf waliin turraa
Rakkoof rakkina keenya
Mariif marrabaan furraa


  Haasofne tataphannee
Qalbii wal bohaarsina
Kolfaaf  taphaan bashaqaa
Onnee diinaa aarsinaa

  Garuu......
  
Fageenyi nutti hammaatte
Qalbiin nu mankaraaree
Osoo nyaannuu huuqannee
Keessoon keenyi nu daaree.....

  Wal arguun nutti ulfatee
  Teenyee yaadaan xibaarraa
Ilkaan keenyaan kolfinee
Onnee keenyan ni arraa....

Furmaata....
    
           Obsuun filannoo hin qabu
          Jajjabeessanii garaa
         Yaadaan of dhiphisanii
         Hin dhiyeessani karaa....
          ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†Kanuma ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
             @jaalalaan

MICHUU๐Ÿ“š

19 Dec, 07:36


Anaan waanti aarsu maali beektuu?

Isa seera barachaa harka tokkoon mujula baachaa harka biraan immoo surree ol butachaa deeman tokko๐Ÿฅบ.

Yoomuma nuuf darbaa laata! Hubadhaa waggaa 4 guutuu surree ol butachaa deemuu jechuun waan salphaa miti๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

18 Dec, 15:50


Bashannansiisaako!
Dhugumaa Baalchaa Saafoo Hirkoo
Sanyii Gootaa!

MICHUU๐Ÿ“š

18 Dec, 12:29


Durboonni Yuunivarsiitiitti PC (laptop) baachuun muuxannoo qabani na Amanaa achii baanaan daa'ima kunuunsuutiin tokkoffaa tahu๐Ÿ™„

Yeroo tokko tokko daa'ima moo PC baatuu jedhee hamman shakkutti yeroon gahutu jira๐Ÿ˜ style isaan ittiin baatan tokkotu na dinqa.

Reactโค๏ธ

MICHUU๐Ÿ“š

17 Dec, 16:52


Inistuun Kun barsiisaa keenya tokko natti fakkata. Jarri Manas jaartiis hin qabani.๐Ÿ™„

Waan nama dhibummoo jarri tuqaa hin Kennan! Isinan dhokse malee anumtuu F moo maalan qaban tureeyi๐Ÿ™„

React โค๏ธ

MICHUU๐Ÿ“š

17 Dec, 08:06


"Margee kana Ani akka obboleettittan ilaala!"jedhan inistuun!

Anaan haa nyaatu๐Ÿ™„ Akkuma kootti nama ilaaluu jechuudhaam๐Ÿ™„๐Ÿ™„

Reactโค๏ธ

MICHUU๐Ÿ“š

16 Dec, 15:42


"Library' oolee bula kitaabni harka isaarra hin bu'u garuu Qormaata ni hata!"

Yaa rabbi nama akkasiif araarake godhi๐Ÿ™„

Please react it!

MICHUU๐Ÿ“š

15 Dec, 17:42


Namni post ko like hin goone Oromoo tahuu hin qabu๐Ÿ™„

Dafi xaq godhii darbi

MICHUU๐Ÿ“š

15 Dec, 05:24


Mana puuliittimee inni namni hundi qubasaa walitti buusee qas qas godhan tokko maaluma argisiisa adaraa waaqaa natti himaa!

MICHUU๐Ÿ“š

14 Dec, 20:20


Gibbii Yuunivarsiitii keessatti maaltu si aarsa beektaa?

Ati xiqqooma barnoota kana taftaf jedhiiti gara Library' kanattii marmaari. Rabbin jedhiin malee Nyaatuma kaaffee irraa Ameebaan wayii qabdee guyyaa 2' si ciibsiti. Egaa yoona kana namni dhufee si gaafata mitiiree? Jarri Girrisaa maal siin jetti beektaa?

"Cinqetiitu akkas Isa godhe. Barnootatti baayyee cannaqama!"siin jetti. Mee hubadhaa Yaa jaranaa Manni yaalaa Ameebaadha jedhee qoricha siif kenne ,jarri cinqetiidha siin jetti.Cinqillaatiishee haa galabbaxu malee
๐Ÿ˜

Maal goona silaa๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

13 Dec, 18:16


Yuunivarsiitii keessa hiriyoota kana lamaan qabaannan ati fayyaa keeti!
1) Hiriyaa waliin dubbistu
2) Hiriyaa waliin shubbistu!

Haqa mooraa keessaati Kun!


Ganaan gadnaqa na hordofaa isin๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

13 Dec, 17:23


Jalqabumaa waaqarraa malee waan Lafa kanaarraa waa eeguun dogoggora keessumaa tisiisarra Damma eeguun immoo dogoggora guddaadha!

Yaa uumaa Galatoomi Si qofattan boqodhee jiraadhe!๐Ÿ˜๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

12 Dec, 09:51


Waanti abdanne
Daaraa tahee
Kan tuffanne
Asiin bahe!

Kan filanne
Ni kufa
Kan hambisne
Ni dhufa

Tokkummaadhaaf
Ni qoodamna
Nagaa waaqaas
Ni oodamna!

Namni gaddus
Numa seeqa
Yaa uumaa koo
Situ beeka!

MICHUU๐Ÿ“š

12 Dec, 06:19


Yuunivarsiitiitti Kaffaltiin barataa Guyyaatti dhibba galeera jedhani maaloo mana nyaataa 50'n shiroo nyaatan na xoqqomaamee!
๐Ÿ™„๐Ÿ™„
Warri mother cafe tokko 90 galchani ๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

06 Dec, 16:58


Hamman si eege naaf tahuu dhabuuke miti akkan garaa sirraa kutadhu kan godhe hamman sin eegne na miidhuu keeti! Kanaafan waa'eeke lafaa kaasuu dagadhe. Maalan godha garaa kootu na dursee sirraa abdii kute๐Ÿ˜ญ

Naman waa'eeke yaadaa jiru saafan barreesse. Isin dubbisaama callisaati bira darbaa!

MICHUU๐Ÿ“š

06 Dec, 05:40


Jireenyi biyya Ethiopia hangam Akka cimu beekamaadha. Anatti garuu hamma engiliffa Gambeellotaa hubachuu kan natti cime hin jiru๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

05 Dec, 18:11


Pls react godhaa malee endee endee ๐Ÿ™„๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

05 Dec, 15:23


Namni Lookerii isaa keessaa muuzii hin qabne konfiideensii maaliin labrary taa'ee dubbisaan jedheem ani๐Ÿ˜‚

what a generation!๐Ÿ˜€

MICHUU๐Ÿ“š

05 Dec, 10:23


Galaa jirra nu simadhaa yaa sabaa! Kondominiyeemiin haa qophaa'uga๐Ÿ˜€

MICHUU๐Ÿ“š

03 Dec, 21:44


"Addaamee Mee dura adda baafadhu!"jedhe Danuu Daamxoo!
Hin ariifatiinaa Mee Yaa Sabaa. Namni afaan laafe firake, namni sitti dheekame immoo diina ke sittin fakkaatiin! Diinni hedduunshee arrabni Damma Daamuuti!

Addaamee adda baafadhu!

MICHUU๐Ÿ“š

03 Dec, 20:01


Yeroo tokko tokko immoo hatuun hojjechuu caalaa ulfaataadha!

MICHUU๐Ÿ“š

03 Dec, 13:07


"Waan waaqaa hin beekani haadha Waaqoo jedhaa na waamaa!" jette Maseenni jedhani

MICHUU๐Ÿ“š

01 Dec, 15:03


Ani daandii irratti waan 2 , online irratti immoo waan tokko baay'een nuffe!

Isaanis maali beektuu?

Daandii irratti hojjettoota baankiifi safaricom Online irratti immoo Warra breaking trough sanadha!

Maaloo nun dhiphisiinaa! Please please please nagaan baanee galuu feena!

MICHUU๐Ÿ“š

01 Dec, 08:39


Michoota ko nagaa bultanii? Sorry reefun hirribaa ka'e ๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

30 Nov, 10:42


Gaarummaa waliif ooluun biyya keenya keessatti kan barame yoo tahellee miil kaardii ykn ID nyaata ittiin nyaatan sana namarraa fuudhanii 'Non caffee' Wal gochuun Gaarummaa keessaa gocha garaa nama nyaatudha!๐Ÿ˜

Poolisii kaaffee Isa ID narraa fuudhe torbee guutuu alaa Akkan nyaadhu na godhe sanatti kabaja naaf agarsiisaa sabni Kun๐Ÿ™

MICHUU๐Ÿ“š

30 Nov, 07:35


Osoo jennuummoo HIRIYYUUMMAAN warqiidha hiriyaa keesssaaniif bakka kennaa!๐Ÿ˜˜


Guyyaa miidhagduu qabaadhaa saba jaallatamoo nana!

MICHUU๐Ÿ“š

28 Nov, 20:38


Mee jechoota qoosaa qaban akkan maxxansu kan barbaaddan react godhaa na beeksisaa!

๐Ÿ‘or ๐Ÿ‘Ž?

MICHUU๐Ÿ“š

28 Nov, 10:22


"Isa text dhiironni siniif barressinu fuutanii Doormiitti walitti argisiistanii nutti kolfaa bultan dhiisaa!"Jedhaniiru dhiironni!๐Ÿ™„๐Ÿ™„

Chiikota Gibbiif dhaamsa kana dabarsaa!

MICHUU๐Ÿ“š

27 Nov, 22:32


Waan tokko boodan isinitti hima na eegaa xiqqoo rafeen ka'aati!

MICHUU๐Ÿ“š

27 Nov, 16:06


"Waan ilkaan dhalchu kormi yaabeen dhalchu!"jetti haati Kumeekoo immoo Mee hin kolfinaa Yaa jarana๐Ÿ˜๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

27 Nov, 10:01


Namni tokko kokkolfaa natti dhufnaan shakkii malee chaanaala MICHUU hordofaa jira jechuudha ( OBN TV promotion style ๐Ÿ˜)

MICHUU๐Ÿ“š

27 Nov, 09:45


Jiruu maal jirra afaan qawwee jala jirra!"jedhe Faffataan!

Major Ani abdadhee buna duubee dhugaa bahes token 1.5 naaf Kennee nagaa natti dhaame!
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Ammaga karaa walirraa jallifachuun๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

27 Nov, 08:23


Yeroo tokko tokko immoo hamma eegduun ol nama siif dhimmamu yeroo argattutu jira! Garuu namoota akkanaa argachuun salphaa miti!

MICHUU๐Ÿ“š

26 Nov, 21:32


Please react godhaakaa!

Amma promotion sinirraa dhaabeera!

MICHUU๐Ÿ“š

13 Nov, 21:55


Kaardii Abbaa meeqaa badhaafamuu barbaaddu?โ“

Channel sif dhufu join gochu qabda

MICHUU๐Ÿ“š

13 Nov, 20:22


๐Ÿ˜ฑBadhasa Birr 1000 Namoota 5 Durse join Godhef Qopheesine jirra dafa Abba carra ta'a Iddo Add jedhu tuqun

MICHUU๐Ÿ“š

13 Nov, 19:47


group tokko uumaa jirra kaayyoo fi hojii group sanaa baruuf kunoo

https://t.me/+2pUXl7B0kY5jZWI0

MICHUU๐Ÿ“š

13 Nov, 15:07


Thank you Dr!

MICHUU๐Ÿ“š

13 Nov, 05:27


https://www.vivajp.com?id=MjE1MTI3OTg4OTU1OTU1Mw==&from=|&lang=en

Seeni galmaa'ii yaali namni Hedduun fayyadamaa jira

MICHUU๐Ÿ“š

11 Nov, 15:00


Seenaa ajaa'ibaa Donald Trump maal beektu laata ?
Mee seenaa dubbisaa!

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=bzJjZMX6

MICHUU๐Ÿ“š

10 Nov, 08:46


Diraamaan hirkoo tokkos dafee gahuu dide๐Ÿ˜€. saa'atiin meeqa amma yaa jarana

MICHUU๐Ÿ“š

10 Nov, 08:42


MICHUU๐Ÿ“š pinned ยซYaawu nutis barataadha mitiiree 'library' deemne ni dubbisna! Egaa as keessatti haalotaa Fi akkaataa dubbisa dubbistootaa tokko tokko osoo hin dinqisiifatiin hin darbu. Mee style dubbisaa Fi akkaataa taa'umsa barattoota dubaraa muraasa haa ilaallu. Kopheenโ€ฆยป

MICHUU๐Ÿ“š

10 Nov, 01:40


Waa'een namicha equatorial Giinii Dubartoota 400 ol waliin ciisee sun dhuguma nama raaja. Mee linkii kana gadii seenaatii waan dinqii ilaalaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=bzJjZMX6

MICHUU๐Ÿ“š

09 Nov, 08:26


Namoonni Hedduun linkii kana gadi jiruun maallaqa nama biraa hatuuf yeroo yaalan ni jira. Kaan milkaa'iniirus!



https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=bzJjZMX6

MICHUU๐Ÿ“š

09 Nov, 06:15


Yaa qalbii koo
Yaa qalbittii
Yaa Yaada koo
Yaa dabdittii

Ya ishee bariin
Ala laaltuu
Ya ishee namaaf
Anaan haaltuu

Ya ishee ormaaf
Bakka qabduu
Yaa ishee natti
Huuruu dhaabduu

Karoorako
Osoo argituu
Narraa gortee
Kan darbitu

Yaa qalbiikoo
Yaa qalbittii
Siif safuudha
Yaa dabdittii

@MICHUU_KO

MICHUU๐Ÿ“š

07 Nov, 07:20


#Of_eeggannoo

Telegiramii keessan akka hin dhabne

Yeroo ammaa kana telegram namoota baay'ee butamaa jira. Odeeffennoo dhuunfaaf gowwoomsaa adda addaa itti hojjachaa jirru irraa deebi'uun of eeggannoo godha.

Tooftaa #phishing fayyadamuun telegram keessan karaa salphaa hatuu danda'u. Kanas akkaataa kanaan raawwatu. #shortlink sinitti ergu.

Yeroo isin link sana bantan #interface telegram fakkaatu siniif bana. #credentials keessan gaafa itti galchitan, bifuma salphaan hatamtaniittu jechuudha. Waanti yeroo baayyee gorsinu yoo jiraate, calliftaniima #link sinitti ergame hin baniinaa. @segnigudeta @WABIISG

MICHUU๐Ÿ“š

05 Nov, 20:41


๐—›๐—ผ๐—ฟ๐—ฑ๐—ผ๐—ณ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ป๐—ถ ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฒ๐—น๐—ฒ๐—ด๐—ฟ๐—ฎ๐—บ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ถ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ ๐—ด๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป!

๐—–๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐˜๐—ฒ๐—น๐—ฒ๐—ด๐—ฟ๐—ฎ๐—บ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—ฒ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ถ๐˜€๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐˜๐˜‚๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ.
๐—•๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜€๐—ถ๐˜€๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ป๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ.
๐™ฐ๐š'๐šœ @WAADAA_KEE

MICHUU๐Ÿ“š

05 Nov, 20:28


Akkuma argaa jirtan an qarshii 35,000 baase jira

Isinis hojjechu dandeessu akka START jedhu tuquun yaalaa

Airdrop amanamaadha ๐Ÿ’ฏ

MICHUU๐Ÿ“š

05 Nov, 19:51


Dhuguma ati deeggaraa LIIVARPUUL taatee chaanaalii waa'ee LIIVEE sa'a 24 guutuu odeeffannoo isiniif kennu baname kana hin qabdu taanaan qaaniidha. Maal eegduree JOIN gochuun maatii keenya ta'aa

MICHUU๐Ÿ“š

05 Nov, 18:43


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

MICHUU๐Ÿ“š

05 Nov, 18:37


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

MICHUU๐Ÿ“š

05 Nov, 18:37


Ministeerri Barnootaa madaallii Sagantaa Sirreeffamaa(Remediyaalii)...more

MICHUU๐Ÿ“š

05 Nov, 17:51


Akkam ooltan jaallatamtoota maatii keenyaa? Nagaan bakka jirtanitti isiniif haa tahu jechaa waan haaraa tokko qabadheen dhufaa jira. Innis maal seetani gaaffii qopheessee namni gaaffiicha dursee deebise kaardii badhaafama. seera:1] dursa erguun dirqama 2] qubee seeraan qubeessuu . badhaasni booru. Nagaan bulaa

MICHUU๐Ÿ“š

04 Nov, 15:21


Yoo odeeffannoo barbaaddan waan baruu feetan qofa na gaafadhaa malee hi, bro,...mina min Isa Jettan dhiisaaka sabana๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

04 Nov, 15:09


Barattoonni Remidial bara kana ramaddii Yuunivarsiitii Madda Walaabuu isin gahe odeeffannoo guutuu argachuuf na dubbisaa!

Fataa godheen isinitti hima! Warri gara lixaa sunimmoo qocqocaa baay'isaama fidaa koottaa! Bassoon silaa beekamaadha!

@michuu_fayisaa

MICHUU๐Ÿ“š

04 Nov, 12:22


akkam jirtu maatiin keenya. fayyaa qabaadhaa bakka jirtanitti

MICHUU๐Ÿ“š

02 Nov, 14:27


#Dhaga'eera๐Ÿ‘‚๐Ÿ‘‚
Akkati of sobde
Arraba of sakaalte
Ana orma caalaa
Ofii kee akka haalte....

Akk at waan hudumaa
Bishaan itti naqxe
Akk at damma dhiistee
Bakka balfaa dhaqxe..

Akka ati Habaaboo
Keenya coologsite
Akka ati soba himtee
Dhugaammmoo dhoksite

Akka ati digdeettu
Waadaa bara dheeraa
Hin dhageenyen se'iin
Anoo dhaga'eera!!!!!

MICHUU๐Ÿ“š

01 Nov, 10:36


https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=bzJjZMX6

Ni gaabbitu na amanaa

MICHUU๐Ÿ“š

30 Oct, 05:45


๐ŸŒ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐† ๐๐„๐–๐’ ๐Ÿ“ฐ

๐™ƒ๐™–๐™œ๐™–๐™ข ๐™†๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™ฃ๐™ฉ๐™ช ๐™๐™š๐™ก๐™š๐™œ๐™ง๐™–๐™ข ๐™„๐™ง๐™ง๐™–๐™– ๐™Š๐™™๐™š๐™š๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐˜ผ๐™ง๐™œ๐™–๐™ฉ๐™–๐™– ๐™ฆ๐™–๐™ง๐™จ๐™๐™ž๐™ž ๐˜ผ๐™ง๐™œ๐™–๐™ฉ๐™–๐™– ๐™…๐™ž๐™ง๐™–?

OPEN ๐˜ฝ๐™–๐™ ๐™ ๐™– ๐™…๐™š๐™ฉ๐™ฉ๐™ช ๐™“๐™ช๐™ฆ๐™ช๐™ช๐™ฃ ๐™™๐™ช๐™—๐™—๐™ž๐™จ๐™–๐™–

MICHUU๐Ÿ“š

30 Oct, 05:31


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

MICHUU๐Ÿ“š

30 Oct, 03:51


For chanel owners ๐Ÿ”ญ

Channel keessan telega.io irratti akka monitize isiiniif tahu warri barbaaddan. Isin gargaaruu nan dandaha.
But, channel keessan channel statics gaarii qabu tahuu qaba.
โžก๏ธview gaarii fi subscriber 1k olโ—€๏ธ

โžก๏ธ For Free ๐ŸŸข

๐Ÿ’ซ @Icoginito

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 20:53


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 18:05


๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ”  ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ” 


๐ŸŽGIVEAWAY QOPHEESSINE IRRATTI HIRMAADHAA๐ŸŽ

Baddhaafamtooti nama lama โœŒ๏ธ

๐Ÿฅ‡...โ”

๐Ÿฅˆ...โ”

Channel keenya keessa kan hin jirre bakka JOIN jedhu tuquun irratti hirmaadhaa โœ”๏ธ


โžก๏ธ โžก๏ธJOINโฌ…๏ธ๐Ÿ‘ˆ

๐ŸนEYOB TECH
๐Ÿ”EYOB TECH

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:53


โญ๏ธWarraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleeraโ†—๏ธ
๐Ÿš€2017-2019๐Ÿท
๐Ÿš€2020๐Ÿท
๐Ÿš€2021๐Ÿท
๐Ÿš€2022๐Ÿท
๐Ÿšจ2023(january to april) ๐Ÿ”บ๏ธ
โœ…Inbox na godhaa
โŒ location group tahuu hin qabu
โŒhistoryn isaa muldhachuu qaba

Huge price change ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ


Karaa kaffaltii โ–ถ๏ธ๐Ÿฆ๐Ÿฆ๐Ÿฆ๐Ÿฆ๐Ÿฆ๐Ÿฆ
๐Ÿ“จ @Icoginito โœ”๏ธ

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:39


๐ŸŒ๐—•๐—ฟ๐—ฒ๐—ฎ๐—ธ๐—ถ๐—ป๐—ด ๐—ก๐—ฒ๐˜„๐˜€๐Ÿ“ฉ

๐—š๐—ฎ๐—น๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐—ฆ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ 3:00 ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ฆ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—•๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—๐—ถ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—•๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ GET ๐—๐—ฒ๐˜๐˜๐˜‚ ๐—ซ๐˜‚๐—พ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—›๐—ถ๐—ฟ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ.

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:38


Har'a Galgala Gaafi badhaasa Qarshii Gudda Qabu wan jiruf Atis Carra ke Yaali badhaafami Channal asi Gad jiru Join Godhi hirmaadhu Dafi

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:35


๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ”  ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ” 


๐ŸŽGIVEAWAY QOPHEESSINE IRRATTI HIRMAADHAA๐ŸŽ

Baddhaafamtooti nama lama โœŒ๏ธ

๐Ÿฅ‡...โ”

๐Ÿฅˆ...โ”

Channel keenya keessa kan hin jirre bakka JOIN jedhu tuquun irratti hirmaadhaa โœ”๏ธ


โžก๏ธ โžก๏ธJOINโฌ…๏ธ๐Ÿ‘ˆ

๐ŸนEYOB TECH
๐Ÿ”EYOB TECH

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:19


Har'a Galgala Gaafi badhaasa Qarshii Gudda Qabu wan jiruf Atis Carra ke Yaali badhaafami Channal asi Gad jiru Join Godhi hirmaadhu Dafi

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:14


๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑNama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardi Mobayila Abba 100 qophaheera Dafa amuma join godha๐Ÿ‘Š

Dafaa nama 20 qofa Dafi Atis๐Ÿซต

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:13


โœ‹๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ญ๐ฎ ๐Œ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐›๐ข๐ซ๐š๐ง ๐ƒ๐š๐ซ๐›๐ข๐ง ๐ŸŒน

๐…๐ข๐ข๐ ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐š ๐Š๐š๐ซ๐š๐š ๐ˆ๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ข!
๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐š ๐ƒ๐ก๐š๐ ๐ž๐ž๐Ÿ๐š๐๐ก๐ฎ!
๐ƒ๐š๐ซ๐›๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š ๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐†๐จ๐๐ก๐ฎ!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:12


๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ”  ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ” 


๐ŸŽGIVEAWAY QOPHEESSINE IRRATTI HIRMAADHAA๐ŸŽ

Baddhaafamtooti nama lama โœŒ๏ธ

๐Ÿฅ‡...โ”

๐Ÿฅˆ...โ”

Channel keenya keessa kan hin jirre bakka JOIN jedhu tuquun irratti hirmaadhaa โœ”๏ธ


โžก๏ธ โžก๏ธJOINโฌ…๏ธ๐Ÿ‘ˆ

๐ŸนEYOB TECH
๐Ÿ”EYOB TECH

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 17:11


๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ”  ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ” 


๐ŸŽGIVEAWAY QOPHEESSINE IRRATTI HIRMAADHAA๐ŸŽ

Baddhaafamtooti nama lama โœŒ๏ธ

๐Ÿฅ‡...โ”

๐Ÿฅˆ...โ”

Channel keenya keessa kan hin jirre bakka JOIN jedhu tuquun irratti hirmaadhaa โœ”๏ธ


โžก๏ธ โžก๏ธJOINโฌ…๏ธ๐Ÿ‘ˆ

๐ŸนEYOB TECH
๐Ÿ”EYOB TECH

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 16:28


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 15:22


Ramaddiin Yunivarsiitii ifoomee jira.

Barattoonni Hanga Yoonaa Yuunivarsiitii keessan hin barin jirtan "SEE MORE tuquun ramaddii keessan baraa. SEE MORE...

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 15:03


Commercial bank of Ethiopia ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ

Badhaasa qarshii 100,000 qopheessee wan jiruuf bakka START jedhu tuquun irrtti hirmaadhaa..

๐Ÿ“ฅ @Mammee09

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 11:38


๐Ÿ”›SELL AND BUY TIME โ†—๏ธ


Namooti
๐Ÿน hmstr
๐Ÿถ Dogs
๐Ÿช™ Notcoin
๐Ÿ’ต USDT DOLAR
๐Ÿธ NFT x empire, pixel tap


Akkasumas
๐Ÿšฉx empire keessan namooti gurgurachu barbaaddan

namooti
๐Ÿค‘ton bitachu barbaaddan

๐ŸŒŸ star
โญTelegram Premium

Na biraa argachu dandeessu
โœ”๏ธ


Asiin na dubbisi
๐Ÿ“ฅ@Eyobdegefe

โ›” Scamer comment jelan dhufanii isinirra bitna jedhanirraa of eeggadhaa ๐Ÿšซ

Na quunnamuf โžก๏ธ@Eyobdegefe ๐Ÿ‘ˆ

MICHUU๐Ÿ“š

29 Oct, 08:42


โ›Paws ๐Ÿพ
Airdrop haaraa reefu nama miliyeena 1 bira gaheedha yoo jalqabdan gaariidha jalqabaa.

Jalqabaa start

MICHUU๐Ÿ“š

27 Oct, 05:17


๐ŸŸฅARSENAL VS LIVERPOOL ๐Ÿ”ด

Tapha eegamaa piriimeer liigii England har'a ARSENAL FI LIVERPOOL taphatan kallattiin ilaaluuf "LIVE" kan jedhu tuquun daawwachuu dandeessu ๐Ÿ‘‡

MICHUU๐Ÿ“š

27 Oct, 04:30


BAGA GAMMADDAN
DSTV n manatti nuuf dhufe!!!

Taphoota har'a taphatamanii fi KANNEEN biroo dabarsan hunda kan dabarsu chaanaalii haaraan ETHIOSAT irra galee Jira. Namoonni frequency isaa barbaaddan "FREQUENCY" tuquun "ADD" gochuun guuttadhaa

MICHUU๐Ÿ“š

27 Oct, 02:38


https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6268708

MICHUU๐Ÿ“š

26 Oct, 04:07


Garaan keenya qulqulluu waan taheef sammuun keenya tasgabaa'aadha. Miidhuu caalaa miidhamuu waan filannuuf ofitti amanamummaan keenya guutuudha!

Mee namni itti walii galtu qofti! ๐Ÿ‘Œ

MICHUU๐Ÿ“š

21 Oct, 05:07


Mana Hidhaa Guddichas nagaan geenyeerra!
Warra safara keenyaatti naaf himaa๐Ÿ˜๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

20 Oct, 01:03


Namichi Dogs Gurgurtaaf qabdaa jettee na gaafatte Akaakayyuun ko sareen 6 dhaltee gadi baasii gati naan jechaa jira.

Mee eessa jirta Amma?

MICHUU๐Ÿ“š

19 Oct, 09:41


MICHUU๐Ÿ“š pinned Deleted message

MICHUU๐Ÿ“š

16 Oct, 08:59


Barataan tokko illee Akka hin milkoofne haasa'amaa jira๐Ÿ˜ญ.

Jalqabuma Bajaajii uummata tajaajilu gurguranii itti seenuun rakkoo yoo tahellee ,abdii hin kutiinaa guyyaan booru dhufu guyyaaa kaleessaa caalaa hin hammaatu! Miseensa Infinity power hundaaf jajjabina hawwina!

#_RIP_INP!

MICHUU๐Ÿ“š

15 Oct, 19:01


Barattoonni INP har'a galagala saa'atii 6:00tti firii Qormaata isaanii ilaallatu jedhamaa jira๐Ÿ˜‰

Milkeessi waaq ๐Ÿ˜

MICHUU๐Ÿ“š

12 Oct, 14:31


"Lafa kanarraa firriko sirriin nama uffata hodhudha!"jedhe namichi. "Maalif?" Jennaan "Akka kaleessaatti waan Nan safarreefi" jedhe jedhama!

MICHUU๐Ÿ“š

11 Oct, 10:36


19k+ subscribers!

Woow run to 20k ๐Ÿƒ

MICHUU๐Ÿ“š

09 Oct, 16:40


Intalli waa'ee fuudhaa si marii'achaa ture sun yaadako jijjiireera!
Kaayyoon qaba Giiftii ๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„

MICHUU๐Ÿ“š

06 Oct, 17:55


"Dargageessaa har'aaf kaleessa lafa dhiitee sirbaa ooletu kirkira lafaa nutti kaase!" Jedhan jarri soddaa!

Lafti oromooyyuu irrechaaf kirkirte jennuu laata nutimmoo!

๐Ÿ˜‰๐Ÿ˜‰

MICHUU๐Ÿ“š

05 Oct, 19:16


Qoosaan qoosaadha Garuu nama infinity power'n saamame bira teessee waa'ee of ajjeesuu hin haasa'iin!

MICHUU๐Ÿ“š

03 Oct, 21:52


Instuu!

Barattuun keessan 'miss Oromia'f filatamtekaa! Barattoota keessan keessaa Ishee qofatu milkaa'e! Hirkoo Fi Gamtaan illee waan ......miti.

"Gaara Abbaa seenaa koottaa daawwadhaa !" Jettiim President fuuldura dhaabbattee๐Ÿ˜๐Ÿ˜

What a generation!" Jechuun ammaga!

Waan hundaafuu Baga gammadde #_Daraartuu_Tasfaayee๐Ÿ’ซ๐Ÿ’ซ

MICHUU๐Ÿ“š

30 Sep, 18:16


Reaction pls
โค๏ธ ๐Ÿ‘Œ

MICHUU๐Ÿ“š

28 Sep, 12:44


Chiikonni Kuni

Yoo xiqqoo gadjenne
Naman dhageessani
Yoo dudubbannemmoo
Yaa shakkii keessanii!

Yoo Gowwaa fakkaanne
Mataarra nu baatu
Yoo jijjiiramnemmoo
Of ajjeesuuf kaatu!

Amalicha keessan
Danda'uu dadhabnee
Single taaneema
Adeemuu jalqabne!

๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„

18,704

subscribers

134

photos

3

videos