Shasha Media @shaashaa_miidiyaa Channel on Telegram

Shasha Media

@shaashaa_miidiyaa


Kaayyoon Chaanaalii Kanaa ●Barnootaafi Bohaartii adda addaa ●Asoosama ●Walaloowwan Jaalalaa Fi kkf Ni Argattu.

Shasha Media (Oromo)

Shasha Media kan Shaashaa Miidiyaa jedhu, kan bara 2021 keessa addunyaa akka garaagaratti argame kana adda addaa hojitzate. Barnootaafi bohaartii adda addaa dabalatee, asoosama fi jaalalaa walaloowwaniif argachuuf hojii duwwaa qabate. Shaashaa Miidiyaa kan kanumaa fi gara dhihaattan shaashaa miidiyaa argachuuf beekamte. Kan keenya kan kanumaa fi gara dhihaattan hojii gochuun beekame. Walaloowwan jaalalaa fi kkf ni argattu hosusama jedhu, shaashaa miidiyaa ni argachuu dandeessa. Shaashaa Media channel is a platform dedicated to providing entertainment, information, and inspiration to its viewers. With a focus on news, entertainment, and motivational content, Shaashaa Media aims to engage and connect with its audience. Whether you are looking for the latest news updates, entertaining videos, or inspiring stories, Shaashaa Media has something for everyone. Join Shaashaa Media channel today and be part of a community that values creativity, positivity, and connection.

Shasha Media

02 Nov, 18:52


List ta,uuf guyya muraasatu hafe namni hin jalqabne ammuma liinki isaani kanaan seenaa

👇👇👇👇

https://t.me/major/start?startapp=5285886302

👑 Join me in @Major game and earn $MAJOR token soon!
⭐️ 750 rating bonus for you.
⭐️ 1000 rating bonus if you are Premium.

Shasha Media

27 Sep, 18:33


Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera
2017-2019...600
2020....550
2021.....500
2022...400

👉Inbox na godhaa
karaa baankiin siniif kaffalama
@fadiljit

💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa

Shasha Media

25 Sep, 18:51


Baga gammadan!🦋🦋🦋

Namoonni Group Telegiraamaa Banattanii turtan kan Bara 2020,2021,2022 yoo tahe dafaa Isinirraa Bitaa karaa @fadiljit Na dubbisaa.

💰Hubadhaa carraan kun xumuramuuf guyyaa muraasa qofaatu hafe.
Kanaaf Boodaa akka hin gaabbine isin hubachiifna.

💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa

Shasha Media

12 Sep, 18:10


➲ Obboleessa koo, jireenyi Guyyaa 3 dha. Isaanis: Kaleessa, har'aa fi bori jedhamu. Kanaaf:
➛ Kaleessa kee irraa baradhu!
➛ Har'a kee jiraadhu!
➛ Borii kee karoorsi!

Abrahaam Liinken Maal Jedhe:
⁃ Kaayyoo keetti cichi!
⁃ Har'a hin milkoofne jechuun bor hin milkooftu jechuu miti!
⁃ Har'a yoo hin taane bor ni ta'a!
⁃ Har'a yoo hin mijanne bor ni mijata!
⁃ Har'a yoo kufte bor ni mo'atta!
⁃ Har'a waan barbaaddu argachuu yoo baatte bor ni argatta.
⁃ Bor guyyaa birooti.
⁃ Waan inni qabatee siif dhufu hin beektu.

Eeyyee eeyyee dhugaadha hin beektu bor guyyaa birooti.

➲ Waanuma tokkottillee lubbuu kee hin dhiphisin! Sababni isaas akka si darbuuf kan siif barreeffame sin argatu.
 
💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa

Shasha Media

10 Sep, 14:42


#Major
#Bits
#Catizen

Shasha Media

09 Sep, 21:03


Shasha Media pinned Deleted message

Shasha Media

09 Sep, 17:00


Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera

Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera.

Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u.

Haaluma kanaan

1. Poortaala: https://result.eaes.et
2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata.

  💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa

Shasha Media

09 Sep, 12:20


#kutaa_12ffaa

Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera:

📌 Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa har’aa halkan sa’a 6tti gadhiifama.

📌 Galmee bara kana irratti fooyya’iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaa’an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu ta’u, bara kana fooyya’iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame.

📌 Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe

📌 Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyya’aan qoruu irratti ni hojjetama.

📌 Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera.

📌 Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaa’e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaa’eera.

📌 Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u, qabxii guddaan 675/700 galmaa’eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru.

📌 Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine.

Shasha Media

09 Sep, 11:55


Tigraayitti bara kana qormaanni 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u qabxii guddaan yeroo maraa 700 keessaa 675 galmaa’eera.

Barattoota naannoolee biroo irraa ammoo qabxii guddaan bara kana galmaa’e shamarraniin yommuu ta’u , Saayinsii uumamaan mana barnootaa Kaateediraal irraa 575/600 , Saayinsii hawaasaan mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa 538/600
https://grabify.link/CYZOTE
https://rb.gy/ksu2l7
https://feji.us/tp3wgm

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

Shasha Media

09 Sep, 11:20


Live stream scheduled for

Shasha Media

09 Sep, 11:20


Live stream scheduled for

Shasha Media

09 Sep, 11:12


Live stream started

Shasha Media

09 Sep, 11:11


Live stream finished (31 seconds)

Shasha Media

09 Sep, 11:08


Ministeerri barnootaa bu’aa qormaata kutaa 12ffaa irratt ibsa kennuuf

Miidiyaan @shaashaa_miidiyaa n ibsa kallattiin kan isiniif tamsaasu ta’a

Nu eegaa.

Shasha Media

08 Sep, 18:35


#Kutaa_12ffaa

🌟 Dhaamsa Barattoota fi Maatii Bu'aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12 Eeggataniif 🌟

Akka abbaa bu’aa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12 boruu hawwii guddaan eegaa jiruutti, baay’een keenya miira walmakaa – yaaddoofi gammachuu akka nutti dhaga’amu nan beeka. Yeroon kun ijoollee keenyaaf yeroo guddaadha, garuu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchuun barbaachisaadha.

Barattootaaf

Bu’aa ba’ii dabartee hanga kana dhufteetta! Boru bu'aan maal akka ta’e hin beektu garuu qormaanni kun egeree kee hin ibsu. Wanti akka yaadatti siif dhaamu

- Tasgabbaa’i: Waan dandeessu hunda gooteetta, kunis waan itti boonnudha. Bu’aan barbaachisaa dha, garuu dandeettii kee guutuu bakka hin bu’u.
- Kun tarkaanfii tokko malee imala guutuu miti: Darbitus, duubatti deebi'iinsi si mudatus, karaaleen milkaa'ina hedduutu jira. Yoo wanti akka karoorfametti hin deemne addunyaan addunyaa qormaataati jabaatu qorama. Qormaanni si mudatu hundi akka cimtu si taasisa!

Maatiif:

Ijoolleen keenya yeroo kamiyyuu caalaa amma deeggarsa keenya barbaadu. Bu’aa yeroo eeggannuu kanatti ijoollee keenya eenyummaan isaanii qormaata tokkoon akka hin madaalamne haa yaadachiifnu. Akkaataa itti gargaaruu dandeenyu kunooti:

- Deeggarsaa fi jajjaina
Bu’aan isaa maal iyyuu yoo ta’e, carraaqqii isaaniitti akka boontu mucaa kee beeksisi.
- Filannoo isaanii irratti mari'adhaa: Yoo wanti gaariin dhufe isaan waliin ayyaaneffadhaa. Yoo hin taane, karaa biraa akka qoratan gargaaraa, yeroo hunda carraan haaraan akka jiru itti himaa.
- Ijoolleen keenya miira humnaa ol ta'e itti dhaga'amuu danda'a. Fayyaa miiraa isaanii yaada keessa galchinee duubatti deebi’uun yeroodhaaf kan jiruu fi qaama jireenyaa akka ta’e haa yaadachiifnu.

Xumura irratti

Boru dhuma miti, jalqaba haaraa qofa. Fuuldurri waan fedhe haa ta'u ifaadha. Boru abdii, amantii, fi dandamachuun haa eegnu – yeroo hunda karaan fuulduratti ittiin adeemnu hedduutu jira, dandeettiin ijoollee keenyaas daangaa hin qabu. Karaa nuun jenneen qofa miti. Nutis yeroo as geenye karaa maatii keenyaan osoo hin taane karaa mataa keenyaan adeemneeti. Wanta nuti ijoollee keenya irra eegnurra wanta isaan danda’antu milkaa’ina. Waan isaan danda’an irratti bira dhaabbanna. Abdii hin murru.

Madda ●Abdii sabaa.
  💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa

Shasha Media

06 Sep, 18:56


#Oduu Simbirtuu🦋
●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●
#Kutaa12ffaa

Firiin Qormaataa Kutaa 12ffaa Ifooomuuf Guuyyaan Isaa Himame.

● Ministeerri Barnootaa Ibsa Har'a Kennanii Firiin Qormaataa Kun Wiitaxa Jechuunis  Qaammee 4/2016 Akka ifoomu Beeksisaanii jiru.

🖲Barattoonnis Guyyaa Jedhame Kana Obsaan Burjaajii Tokko malee akka eeggatan himaniiru.

●●●●●●●●●●●●●
Haammasittuu Nurraa Hin fagaatinaa.

Boost Goochuuf👇👇👇👇 https://t.me/boost/Shaashaa_miidiyaa

  💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa

Shasha Media

12 Aug, 19:27


#infinitypower 🦋

Namoonni baayyeen ji'atti qarshii 30,000 ol irraa baafachaa jiru

Hojii kana irratti qarshii 550 recharge yoo goote guyyaatti qarshii 22 siif kenna 
=Ji'atti qarshii =660
Total=1035
Yoo liinkii kee nama 1 affeerte qarshii 150 argatta


Yoo qarshii 3000 recharge gootee jalqabde guyyaatti qarshii 139argatta
=Ji'atti qarshii 4,170
Total=6255
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii 300 argatta

Yoo qarshii 5000 recharge gootee jalqabde
guyyatti qarshii 235argata.
Ji'atti 7,050
Total 10,571
yoo liinkii kee Nama 1 afeertee qarshii 500 argata.

Yoo qarshii 7800 recharge gootee jalqabde guyyaatti
= qarshii 374 argatta
=Ji'atti qarshii 11,220
Total=16,830
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii 400 argatta

Yoo qarshii 14,000 recharge gootee jalqabde guyyaatti qarshii 712 argatta
=Ji'atti =21,360
Total=31,328
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii 6
700 argatta

Yoo qarshii 32,000 recharge gootee jalqabde guyyaatti qarshii 1760 argatta
=Ji'atti qarshii 52,000 argatta
Total=77,440
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii  900 argatta

  #Galmaa’uuf
1, link tuqi
2, lakkoofsa bilbilaa galchaa
3, lakkoofsa dhufe galchuudhaan
4, jecha icciitii mataa keetii uumi
5, jecha icciitii uumame irra deebi'ii galchi
6, registere tuquu
Sana booda ammas lakkoofsa bilbilaa
Password galchuun seena

https://register.infinitypowersvip.com/?invitation=8IHCM

Shasha Media

11 Aug, 16:33


Shasha Media pinned Deleted message

Shasha Media

09 Aug, 15:12


👀Ijii keenya lamaan walii isaani hin argan , waan duraa isaani jiru garuu al-takka argu haqa dhabaniif waliin boowu.
Kanaan #𝗧𝗼𝗸𝗸𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 jennaan!

🦶Imala irratti Miilli keenya lamaan walitti bu'u , wal sakaalu ; Garuu bakka gahuu fedhan waluma faana gahu!
Kanaan immoo #𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 jennaan!

🫦Irra deddeebi'ee ilkaan Arraba ciniinus wal danda'anii afaan keessa waliin jiraatu!
Kanaan immoo #𝗗𝗵𝗶𝗶𝗳𝗮𝗺𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂 jennaan!

Dhukkuba keessaa ; dhukkubni hamaa dha!

Follow , Like , share
@Jireenya_jaalalaa

Shasha Media

06 Aug, 07:54


Shasha Media:
Jaallatamtoota maatii Chaanaalii https://t.me/boost/Shaashaa_miidiyaa Nageenyi Bakkuma jirtan Maratti Isin Haa Gahu jechaa,Wanti Jechuu barbaade Dhiheenyatti Waan Addaa Tokko Qabanne Isiniif Dhufaa jirra. Baga gammaddan chaanaalii kana Boost goochuun Nu jajjabeessaa!

Haammasittuu Nurraa Hin fagaatinaa.

Boost Goochuuf👇👇👇👇 https://t.me/boost/Shaashaa_miidiyaa

  💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa