ABII HABIBI💙 @abii_habibi Channel on Telegram

ABII HABIBI💙

@abii_habibi


{Channel kana keessatti}
Jechoota Kaka'uumsaa
😘jechoota Jaalalaa
🎵 video gabaabaa
📸suuraalee wallpaper fi profile



Join and share
👇👇
@abii_habibi

Yaadaaf
👉👉 @nuurun_alanuur

ABII HABIBI💙 (Oromo)

Abii Habibi isa kan biroo kabaja jechoota Kaka'uumsaa, jaalalaa, fi video gabaabaa jaalalaa. Kan inni dura miidhaa kaasiin suuraalee wallpaper fi profile qopha'insa. Kaayyoonni akkaataa hundaayyeen dhalate. Gatiin booda, hamma yoo ta'u hubannoo kennaa akka jiru abii_habibi tti gadi dhibba gatiin boodas hubannaanna. Dhaamsa kana keessa jiru kunis Yaadannoonni adeemsifamaa waan ta'eef @nuurun_alanuur tti godaanuu dadhabna.

ABII HABIBI💙

10 Feb, 13:26


Insha allah. .

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

31 Jan, 18:17


Anaa fi Ati guyyaa takka insha allah.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

30 Jan, 18:19


“ Waan agarre keessaa,waan hanga fuula Nabi Muhammad ﷺ nu ajaa’ibe hin agarre “
Anas Bin Maalik

صلوات ربي وسلامه عليه 🤍

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

30 Jan, 18:18


Osoo Facebook, tiktok, YouTube, instagram hin qabne followers billions 2.2 ol qaba osoon guyyaa tokko isa arkee maal qaba habibi💚
صلوات ربي وسلامه عليه

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

27 Jan, 18:02


"Hulaa manaa malee hulaa rizqii teenyaa namni nutti cufuu hin dandahu"

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

25 Jan, 19:42


Halal hogguu bareedaadha.♡

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

21 Jan, 12:08


Insha Allah Anaafi Ati

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

14 Jan, 11:24


Nama si jaalachuu hin dadhabne waliin deem.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

13 Jan, 19:32


Walitti dhufeenyi waa'ee abbaa manaa bareedaa ykn haadha manaa bareedduu qabaachuu miti. Namni sirrii ta'e addunyaa kana irra waan hin jirreef sirrii barbaaduu miti. Waa’ee nama gaarii ykn sooressa barbaaduu miti. Maallaqni jaalala hin bitu.

Walitti dhufeenyi nama si kabaju, kan waa’ee kee yaadu, kan si hubatu, kan si qabaachuu isaatti boonu, kan karaa ati irra jirtu jaalatu, kan siif amanamu, kan akkamitti akka si qananiisu beeku argachuudha. 🤍🌸

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

11 Jan, 19:00


Assalaatu kheeyrun mina nowm

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

09 Jan, 19:20


“ Waan agarre keessaa,waan hanga fuula Nabi Muhammad ﷺ nu ajaa’ibe hin agarre “
Anas Bin Maalik

صلوات ربي وسلامه عليه 🤍

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

09 Jan, 19:14


Kophummaan waan hedduu nama hubachiisa.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

05 Jan, 19:14


Jaalalli dhugaa onnee nama kamiiyyuu hin cabsu onnee cabde fayyisa 🩹🫀

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

04 Jan, 15:47


Kophummaa hin sodaatin, kaayyoon kan dhuunfaati! 👌🏾

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

04 Jan, 04:25


Yoo namni tokko siif hin jiraanne, ani siifan jira ❤️

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

03 Jan, 06:21


Channel photo updated

ABII HABIBI💙

24 Dec, 10:50


Namni yeroo ati humaa hin qabne si waliin ta'u nama yeroo ati waan hunda qabdu si waliin ta'uu qabudha. 🫰🏻🤍

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

16 Dec, 17:57


Imaamu shaafi'iin Akkana ja'an...

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

14 Dec, 13:52


Bareedina isiitiif yoo jaalatte, eenyu akka isii caalaa bareedu guyyaa toķko ni argatta, garuu onnee isiitiif yoo jaalatte, guyya guyyaan caalatti ishee jaalatta.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

12 Dec, 12:02


Guyyaa tokko nama naaf maluun fuudha. ♡

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

10 Dec, 04:35


"Nama si qabaachuu isaatti boonu, kan si dhabuu sodaatu, kan siif lolu, kan si kabaju, ka si kunuunsu barbaadi" 🤍

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

08 Dec, 18:24


Jireenya kee gammachuun guutuuf namni sirriin tokko gahaadha.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

07 Dec, 18:44


Jaalalti fuula bareedaan hin barbaadamu onnee dhugaa keessatti barbaadama.🩶🤍

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

07 Dec, 09:15


Nama haadha manaa barbaadu osoo hin taane, nama abbaa manaa tahuu barbaadutti heerumi.

Namni abbaa manaa tahuu barbaadu nama mirga kee siif Kennu, eeguu fi guutuuf fedhii qabuudha. Waan danda'u hojjeechuuf qophiidha. Namni haadha manaa barbaaduu, nama waan ati isaaf godhuu dandessu qofa yaaduu fi waan inni siif godhuu qabu dhiisuudha🤍🤲🌸.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

07 Dec, 05:35


Salaanni rukuu'a hin qabne salaata kami?

ABII HABIBI💙

05 Dec, 17:45


🩶صلوات ربي وسلامه عليه...

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

05 Dec, 11:10


Channel photo updated

ABII HABIBI💙

04 Dec, 11:41


Insha Allah..

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

25 Oct, 17:57


dhaloota kana keessatti hiriyyaa amanamaa arkachuun akka jabaadha.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

21 Oct, 18:40


Abbaa manaa kee filachuu dandeessa garuu joolleen tee abbaa isaanii filachuu hin dandahan. tanaafuu joollee teetiif abbaa manaa gaarii filadhu♡.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

19 Oct, 18:58


akkaan si jaaladhetti nam takka hin jaalanne ummiyyeeee to.♡

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

11 Oct, 17:39


{ مَا وَدّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَىٰ } 🤎.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

10 Oct, 19:13


Osoo Facebook, tiktok, YouTube, instagram hin qabne followers billions 2.2 ol qaba osoon guyyaa tokko isa arkee maal qaba habibi💚
صلوات ربي وسلامه عليه

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

08 Oct, 18:30


Alhamdulillah

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

06 Oct, 18:12


Ana fi Ati insha allah

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

01 Oct, 19:06


Raahaa ati naaf kannite duniyaan guutuun naaf kennu hin dandeenye.♡

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

29 Sep, 09:59


jaalalli dhugaa nikhaah booda eegala..♡

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

26 Sep, 18:34


“ Mormi Rasuulaa yoo uffata keessaa ol bahu ibriiqa warqii fakkaata “
Aa’ishaatu jedhe
صلوات ربي وسلامه عليه

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

25 Sep, 18:48


jireenya kana keessatti haadha tee hin mufachiisin, jiruun isii atiifi..♡

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

23 Sep, 18:20


guyyaa tokko ana, sihii fi firii jaalala teenyaa insha allah..♡

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

21 Sep, 18:28


waadaan nama amanamaa irraa tola.🩵

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

19 Sep, 18:01


yaa rabb jaartii saaliha shabaaba muslimaa hundaaf kanni.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

18 Sep, 19:14


guyyaa kanaan eegujira yeroon
hiriyaa koo karaa halaalin wal argu.🩵

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

17 Sep, 18:26


Namoonni gaariin carraadhaan wal hin argan, niyyaa isaaniitiin walitti qabamu malee🫀💍

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

14 Sep, 19:01


yeroo mana filattu maatii, barsiisaa fi fakkeenya joollee te boruuf ta'an filachaa jirta. hubannoodhaan filadhu, bareedinni waa hundaa miti.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

13 Sep, 17:18


tarkaanfii bareedaa hunda duuba waamicha harmeetu jira.💕💕

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

12 Sep, 18:07


🤍صلوات ربي وسلامه عليه

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

11 Sep, 19:24


Irreen Teenya Allaaha Qofa.

@abii_habibi
@abii_habibi

ABII HABIBI💙

08 Sep, 18:53


Namni yeroo hunda sodaa Rabbii qabu jireenya isaa guutuu gammachuun jiraata.

@abii_habibi
@abii_habibi