General Wako Gutu No.2 Primary School️ @mbjwg_sad1ffaa_lakk2 Channel on Telegram

General Wako Gutu No.2 Primary School️

@mbjwg_sad1ffaa_lakk2


Barnoota Gahumsaafi Qulqullina Qabu Lammii Hundaaf!

Barnoota Gahumsaafi Qulqullina Qabu Lammii Hundaaf! (Amharic)

ከአድማስቱ ገንፎ በታንኮ እንቅስቃሴ የሚስተም የታላቁ ብሄሪ ቡድን አገልግሎት ላይ የሚገኝ Barnoota Gahumsaafi Qulqullina Qabu Lammii Hundaaf! ቻናሎችን አስመልክቶ እና አስተሳስረን ሳይሆን ሰባተኞችን ከሰራ አካባቢ ለማድረስ በማሰልፍ ዌብሳይት ግቢ ማዙዘ እንዲሁም መሆን ያለውን ድርጅት ፍላጎት ለማረፍ መረጃዎችን ሊያመቻቹ አላማከኝም! በከንፈሌ መረጃዎችን ትወከማለን።

General Wako Gutu No.2 Primary School️

01 Feb, 19:38


Barsiisota Barnoota Armaan gadii barsiiftan hundaaf
1.6E -Og-Artii
2. 4A & 4B Og-Artii
3.4A - 4F FDQ
4.8A - 8C -HpE
5.7A - 7D HPE
6. 7A - 7D Citizen ship
7.7A - 7D ICT
8A -8C ICT
Barsiiftan Qaccessa qabxii waan hin galchineef gabaasni isaa kutaa magaalatiif kan deemu gaafa 26/5/2017 ganaman waan ta'eef karaa keessaa telegiraamidhaan akka ergitan isn beeksisa.
Nagaa Wajjin.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

31 Jan, 18:48


ቀን 23/5/2017 ዓ/ም
ማስታወቂያ
የአዲስ አበባ ከተማ ትምህርት ቢሮ የመምህራንና ትምህርት ቤት አመራር ልማት ዳይሬክቶሬት በ2017 ዓ.ም ትምህርት ዘመን ለቅድመ አንደኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ለአማርኛና አፋን ኦሮሞ ተማሪዎች ሞግዚትነት ተመድበው በመስራት ላይ ያሉትን አጠቃላይ መረጃ በማደራጀት የትምህርት ዝግጅታቸውን እና ሌሎች ለቀጣይ ትምህርት ማሻሻያ ተግባራትን እንዳስፈላጊነቱ ጥያቄ ለማቅረብ ይረዳን ዘንድ በትምህርት ደረጃቸው እና አገልግሎታቸው መሰረት በማደራጀት ለቀጣይ ውሳኔ መነሻ ለማቅረብ እንዲያመች መረጃውን በቅፁ መሰረት ብቻ በመሙላት እጅግ ቢዘገይ እስከ 28/5/2017 ዓ.ም ድረስ ለክፍለ ከተማ መምህራን ትምህርት አመራር ልማት ቡድን ተጠምሮ እንዲላክልን ስንል ከዚህ ጊዜ ገደብ ውጪ ለሚመጣ መረጃ ለሚፈጠረው ማንኛውም እንግልት ጽ/ቤቱ ኃላፊነት የማይወስድ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
የመምህራን ትምህርት አመራር ልማት ቡድን
BEEKSISA
Daayireekoteetiin Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee bara barnootaa 2017 manneen barnoota sadarkaa 1ffaa tiif Afaan Amaariffaa fi Afaan Oromiffaatiin kunuunsitummaa ramadamanii kan hojjechaa jiraniif gara fuula duraa gaaffii barnoota isaanii fooyyeffachuuf gargaaru gaafachuuf akka nugargaaruf jecha raga barnootaa fi tajaajila isaanii bu’uura godhachuun guca gad buusne kanaan guutuun yoo ture hanga 28/5/2017 tti misooma Barsiisotaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootiif akka ergamu beeksisaa yeroo jedhametti kan hin ergamne yoota’e waajjirri keenya gaafatamummaa kan hin fudhanne ta’uu isin beeksifna
Misooma Barsiisotaa

General Wako Gutu No.2 Primary School️

31 Jan, 18:47


🗣👆👆👆

General Wako Gutu No.2 Primary School️

30 Jan, 14:35


ማስታወቂያ
ቀን 22/5/2017 ዓ.ም
1ኛ የነገ(23-24/2017ዓ.ም) ስልጠና ተሳታፊዎች
👉🏿 ከየክ/ከተማው የተመለመሉ የቅድመ አንደኛ ደረጃ አሰልጣኝ መምህራን
👉🏿 የክ/ከተማ የዘርፉ አስተባበሪ
👉🏿 የቡድን መሪ
ከጠዋቱ 2.00 ጀምሮ በዳግማዊ ምኒሊክ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት
ቤተ መጽህፍት አዳራሽ
2ኛ ሰኞ እና ማክሰኞ(በ26 እና 27/2017ዓ.ም)
👉🏿 ሁሉም የመንግስት የአንደኛ ደረጃ ት/ቤቶች ዋና ር/መምህራን
👉🏿 የክ/ከተማ ዘርፍ የቀዳማይ ልጅነት ባለሙያዎች
👉🏿 ሱፐርቫይዘሮች በተላከው ኮታ መሰረት
ከጠዋቱ 2.00 ጀምሮ በዳግማዊ ምኒሊክ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት እንዲገኙ
3ኛ ከሰኞ እስከ አርብ(26-30/2017ዓ.ም
👉🏿 በበተላከው ስም ዝርዝር መሰረት የመንግስት የቅድመ አንደኛ ደረጃ መምህራን 2፡00 ጀምሮ በትንቢተ ኤርሚያስ አንደኛ ደረጃ ትምህርት ቤት በመገኘት ስልጠናውን እንዲከታተሉ እንድታደርጉ እናሳስባለን ፡፡የሥም ዝርዝራችሁ ከላይ በፎልደሩ ውስጥ የሚገኝ መመምህራን ብቻ ተሳታፊ ትሆናለችሁ፡

👉🏿 ማሳሰቢያ፡-የግል ሰልጣኝ መምህራን በቀጣይ የሥልጠና የጊዜ ሰሌዳ የመንገልፅ መሆኑን አናሳወቃለን፡፡

General Wako Gutu No.2 Primary School️

30 Jan, 13:41


Barsiisota maqaan keessan armaan gadiitti barreeffantaniif:-
1 B/stuu.Ilillii Jireenya
2B/stuu.Maqidas Amaaree
Dhimmi Qaaccessa qabxii barattoota kutaa 1-3 hanga gaafa 20/5/2017tti akka galchitan sinitti himamuus hanga guyyaa hardhaattii waan galii hin gooneef qaama dhi isaa ilaaluuf gabaasa gochuuf  gufuu ta'eera. Kanaafuu  gaafa 23/5/2017 sa'aatii 3:00tti sababa quubsaa ragaa jedhame yeroon dhiheessu dadhabdaniif qabattanii akka dhihaattan manni barumsaa cimsee isin beeksisa.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

29 Jan, 08:10


በ2016/17 ዓ.ም የፅሁፍና የማህደረ ተግባር የሙያ ብቃት ተመዝናችሁ 70 እና በላይ ውጤት ያመጣችሁ መምህራንና የትምህርት አመራር በሙሉ የሙያ ብቃት ማረጋገጫ  ሰርተፍኬት የተሰራ በመሆኑ ከነገ 20/05/2017ዓ.ም ጀምሮ የትምህርት ስልጠና ጥራት ቁጥጥር ባለስልጣን ጽ/ቤት ኮልፌ ቅርንጫፍ ጦር ሀይሎች ማር ህንፃ 3ኛ ፎቅ መጥታችሁ እንድትወስዱ እናሳውቃለን።

ማሳሰቢያ፡-
1️⃣ከዚህ በፊት የትምህርት ማስረጃ እና  የስራ ልምድ ያላሰጣችሁ ይዛችሁ እንድትመጡ
2️⃣ ፎቶ ያልሰጣችሁ ፎቶ ይዛችሁ እንድትመጡ።
3️⃣ ማንነታችሁ የሚገልፅ መታወቂያ እንድትይዙ
4️⃣ ርዕሰ መምህራንና ሱፐርቫይዘሮች መረጃውን  እንዲደርስ እንድትተባበሩ

General Wako Gutu No.2 Primary School️

28 Jan, 16:41


የሥልጠና ጥሪ

ቀን 21/5/2017 ዓ.ም
ለሁሉም የግልና የመንግስት ቅድመ አንደኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች በሙሉ

በጨዋታ የማስተማር ሥነ-ዘዴ ከዚህ በፊት ሥልጠና ያልወሰዱ ናቸው ብላችሁ የላካችሁልንን መምህራን ከጥር 26-30/2017 ዓ.ም ለተከታታይ ቀናት ስልጠና ስለሚሰጥ የወረዳ ትምህርት ጽ/ቤቶች ከውዲሁ መልዕቱን ለሰልጣኞች እንድታደርሱልን ስንል እናሳውቃለን።

ማሳሰቢያ፦
👉ትምህርት ዝግ በመሆኑ በምንም ሁኔታ መቅረት አይቻልም።በዚህም ባለመሰልጠናቸው መንግስት እያንዳንዱን ተቋም ተጠያቂ ያደርጋል።
👉ማርፈድ፣መንጠባጠብ አይፈቀድም።
#የሥልጠና ቦታ ትንቢተ ኤርሚያስ አንደኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ጦር ኃይሎች አካባቢ የሚገኝ።

General Wako Gutu No.2 Primary School️

26 Jan, 05:05


Beeksisa
Barsiisota kutaa1_3 , 6ffaa fi 8ffaa barsiiftan hundaaf.
Qaaccessa qabxii walii galaa kutaa1-3 fi qaaccessa qabxii qormaata  Moodelaa akkaataa guca armaan gadiin qindeessitanii hanga gaafa guyyaa 19-20/5/2017 sa'aa 4:30 qofaattii muummewwan barnootatiif gabaasa akka gootan m/b cimsee sin beeksisa
Muummewwan barnootas sa'aa jedhameen dura sassabdanii sa'aa 6:00 irratti kutaadhan adda baastanii galchuu keessan galmeessuun waliif mallatteessitanii kutaa qindeessitoota ragaa m/b ( Addee Fayisee fi Aadde Girooshedhaaf ) galii akka gootan b/m isin hubachiisa.
Hub.yeroo jedhameen dura galchuu dhiisuun fi tursuun seeraan nama gaafachiisa.
       Nagaa Wajjin.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

24 Jan, 18:28


Kun moo'icha marsaa Sadaffaa 3ffaa Saamisteera 1ffaa keessatti dhamaatii Barattoota,Barsiisotaa fi maatii barattoota keenyatiin geeba(Waancaa) 5ffaa argamedh.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

24 Jan, 17:22


Barsiisonni keenya barnoota guyyaa sanbata duraa barsiiftan hundi guyyaa boruu keessa deebii bornootaa qormaata xumuraaf waan kennamuuf itti qophooftanii qabxiilee ijoo boqonnaalee sam.1ffaa keessatti barsiiftan barattoota akka keessa diibitan sin beeksifna.
Nagaa Wajjin.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

24 Jan, 17:05


Barattoota kutaa 5-8 hundaaf
Barnoonni guyyaa sanbata duraa gaafa 17/5/2017 keessa deebii qormaata Xumura waan kennamuuf akka irratti argamtanii barattan manni barumsaa isin yaaddachiisa.
Nagaa Wajjin.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

24 Jan, 14:26


Deeggarsa meeshaa barnoota sad.1ffaan duraa matiin gumaachee

General Wako Gutu No.2 Primary School️

24 Dec, 06:28


Good Morning ,
,
Kindly get the link below and support me with this survey for research purpose
For student Assessing Students' Understanding and Awareness of Cybersecurity" - https://docs.google.com/forms/d/1k1yhF6L3bzErBkZGEzQoxNr8fE-KskwVCzejzdrZEw0/viewform?edit_requested=true
For Teachers, educators Survey for Ethiopian Educators: Cybersecurity Education Models - https://docs.google.com/forms/d/1Sknk5kUHRUpaobPrljz9Hwe-TjcTAvxlqe4lM8z4O-Y/edit?urp=gmail_link

General Wako Gutu No.2 Primary School️

23 Dec, 13:03


Man barumsa Beetel jalqabbiin keessan baay'ee nama gammachiisa jabaadhaa.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

06 Nov, 08:51


Screenshot (Nov 6, 2024 11:50:27 AM)

General Wako Gutu No.2 Primary School️

03 Nov, 12:42


Raabsi wayitii armaan olii kan hin mul'anne yoo ta'e soft copy  arman gadii irraa mirkaneeffadhaa.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

02 Nov, 19:35


Guyyaa 23/02/2017
Barsiisotaa fi B/ttoota keenya hundaaf
Sababa da'umsaa, dhukkubsachuu fi jijjiiramuu barsiisotan hanqina muudate furuuf qodinsi wayitii muummee
1.Ingiliffa,
2.FDQ
3.A/Amaariffaa
4.A/Oromoo fi
5.S/Hawaasaa irratti jijjiramni xiqqoon taasifamuu isaatin wayitiin kanaan dura ittiin hojjachaa turre irratti fooyya'insi taasifameera. Kanaaf gaafa 25/02/2017 irraa egalee wayitii haaraa ba'e taamsaasa reediyoo dabalatee hojiirra oolu ilaallattanii hojiif akka of qopheessitan hubachiisaa kan walitti bu'u yoo jiraate osoo wayitiin hin qisaasa'in dursitanii akka beeksiftan kabajaa fi jaalalaan gaafachaa arganii callisuun wayitiin barattootaa akka gubatu gochuun seeran nama gaafachiisa. akkasumas  barattoonni keenya kana beektanii akkataa wayitii armaan gadii ba'een meeshaalee   barnoota sin barbaachisu  qabattanii akka argamtan manni barumsaa ni beeksisa.
              Nagaa wajjin!!!

General Wako Gutu No.2 Primary School️

29 Oct, 03:11


Screenshot (Oct 29, 2024 6:10:37 AM)

General Wako Gutu No.2 Primary School️

27 Oct, 09:23


ለሁሉም የማህደረ ተግባር መዛኝ፣ ተመዛኝ ሱፐር ቫይዘር እና የምዘና ጣቢያ የተመረጣችጡ ትምህርት ቤት አመራሮች
1. ምዘናው የሚጀምርበት ቀን በ18/02/2017 ዓ.ም
2. የጠዋት ምዘና የሚጀምርበት ሰዓት 2፡30
3. የተመዛኝ መዛኝ እና ሱፕር ቫይዘር መግቢያ ሰዓት 2፡00
4. ከሰዓት ምዘና የሚጀመርበት 7፡30
5. ምዘናው የሚሰጠው የየትምህርት ዓይነቱ በተጠቀሰው ምዘና ጣቢያ መሆኑ
6. የማህደረ ተግባር ምዘና የሚመዘን ውጤቱ 62.5 እና በላይ ያመጣ ሲሆን በድምር ስህተቱ ማስተካከያ ተደርጎ መስፈርቱን ካሟሉ ይመዘናሉ
7. በቀን18/02/2017 ዓ.ም ለጊዜው መዛኝ የሌላቸው የትምህርት ዓይነቶች
i. Environmental science/affan oromo
ii. ሙዚቃ (አማረኛ)
iii. አርት(አማረኛ)
iv. ቋንቋ
v. Special need education መዛኝ ሲስተካከል ፕሮገራሙን እናሳውቃለን

General Wako Gutu No.2 Primary School️

23 Oct, 13:00


Barsiisootnni madaalli foortifooliyoo kan qabdan madaalliin kan gaggeeffamu wixata waan ta'eef akka qophooftan

General Wako Gutu No.2 Primary School️

16 Oct, 20:25


Maatii Barattoota Daa'imman KG mana Barumsa keenyatiif
Dhimmi waa'ee Simannaa Daa'immanii ilaala.
Akkuma dhimmaan ibsamuuf yaallame tibba kana yeroon simannaa daa'immanii akkataa qajeelfamaa olii gadi bu'een sa'aatii 2:15 irraa egalee ta'uun isaa maatii daa'ima fidee hojii mootummaa seenuu fi barattoota daa'ima fidanii mana barumsaa biroo deeman irratti dhiibbaa qabaachuun isaa hubatamee guyyaa boruu irraa egalee simannaan barattootaa daa'imman KG baratanii sa'aa 2:00 irraa egalee ta'uu kabajaan isiin beeksifna.
Kanaafuu Kununsitoonni daa'immanii fi barsiisonnis kana beektanii guyyaa dabaree keessanii sa'aa 2:00 dursitanii galuun daa'imman maatii irraa akka fuutan m/b isiin beeksisa.
Nagaa wajjin!

General Wako Gutu No.2 Primary School️

16 Oct, 19:53


Barsiisota mana barumsaa keenyaa kutaa 6ffaa, 7ffaa fi 8ffaa barnoota :-
1. Afaa Oromoo
2.Afaan Ingiliffaa
3 .Herreega
4.Barnoota Safuu fi Gadaa
5.S/N fi S/W
6.Hawaasa
7.Citizen ship
8.Amaariffa kutaa 8ffaa
Kan barsiiftan hundi dhimmaa barnoota Tiitooriyaalii guyyaa Sanbata duraa/Qidaamee/ irratti gaafa guyyaa 7/2/2017 marii waan qabnuuf sa'aatii 6:30tti Biiroo I/A/daarik teeratti akka argamta m/b kabajaan isiin beeksisa.
Hub.Iddoo barsiisota walgahiirratti hin argamnee fedhii kan hin qabne ta'uu Beeksisaa b/siisota birootin kan bakka buufnu ta'uu dursinee isin beeksifna.

Maatiin barattootas kana beektanii barnoota guyyaa sanbata duraa hanga sa'aatii 6:30tti kennamuuf barattoota mana barumsaatti akka ergitan kabajaan beeksifna
Nagaa Wajjin.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

16 Oct, 16:29


B/sotni ulaagaa armaan olitti eerame guuttan gaafa guyyaa 07/02/2017 hanga sa'atii 3:30 ragaa barbaachisuu kutaa misooma b/sotaatti akka dhiyeeffattan isin beeksisaa; Ragaa barbaachisuu sa'atii eerameetti kan hin dhiyeessinee yoo ta'e koomii kamiyyuu kan hin keessummeessine ta'u cimsinee isin hubachiifna.

General Wako Gutu No.2 Primary School️

16 Oct, 16:28


Screenshot (Oct 16, 2024 6:12:11 PM)

2,283

subscribers

877

photos

7

videos