Jorgoo B Abdiisaa @jooraaofficial Channel on Telegram

Jorgoo B Abdiisaa

@jooraaofficial


Namni seenaasaa hin beekne bishaan gabatee irraati!

Jorgoo B Abdiisaa (Amharic)

በዚህ ጽሁፍ ቁፅሎች ዘመናዊ በገንዘብ ባለሥልጣናት መንገድ ላይ መሠረት እንኰይለኛለን። የዚህ ባተላህነት መዋቅር ምን እንደሆነ ይቅርታ። jooraaofficial በዚህ መፅሀፍ ዉሀ ቦኒ ለመስራት ከተለዋወጡ ለማድረግ ለማገናኘት፣ ፍቃዳቸውን ሲኖሩ ነው። በዚህ መፅሀፍ ላሉት ቦኒዎች ምንም የምትገኘውን አስመልስ፣ ከዚያም ምሳሌዎቹን ግምት ይምጡ። የተማሪዎቹን ተመልክቷል፣ እና በየቀኑ ጥናቱን እንደሚያሸክል ዘመናዊ ይኖረዋል።

Jorgoo B Abdiisaa

18 Dec, 21:07


Yooyyaa Akkam jirtu Maatii Jaalalaa...Hojiilee Maxxansaa Amboottii Jalqabnee waan jirruuf.. Tishert, Mug fi kkf.. hojiilee maxxansaan wal qabatan kamuu Yoo barbaaddan Nu quunnamaa! Galatoomaa 🙏

Jorgoo B Abdiisaa

30 Nov, 20:33


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.irbuu.sabaafapp

Jorgoo B Abdiisaa

30 Nov, 20:33


Nagaan siniif ha ta'u! Seenaa Gootota Oromoo bilisaan dubbisuuf Application "IRBUU" BUUFADHAA! Warri buufattan ammoo as irratti na beeksisaa🙏

Jorgoo B Abdiisaa

28 Nov, 00:22


Kolonel Haayiluu Raggaasaa! BJ Taaddasaa Birruu faana guyyaa tokko nama wareegamedha!

I Would like to share this with you. Here You Can Download This Application from PlayStore
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.irbuu.sabaafapp

Jorgoo B Abdiisaa

27 Nov, 20:33


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.irbuu.sabaafapp

Jorgoo B Abdiisaa

24 Nov, 22:30


https://youtu.be/1pMPOU5dUXY?si=87dOH6TCBIqDXq_H

Jorgoo B Abdiisaa

06 Nov, 12:28


Akkam ooltan! Dubbistonni kitaaboota seenaa Kan Amboo jirtan qaaman office keenya dhuftanii bu dubbisuu dandeessu waan waliin hojjennu qabna! Sadarkaa barnoota kutaa 12 ol ta'uu qaba🥰

Jorgoo B Abdiisaa

03 Nov, 15:32


Ashaamaa akkam Jirtu akkuma kanaan dura isinitti hime application seenaa gootota irra argattan isinf fidaan jira! Torban lama booda play store irra siniif ka'a hanga sanatti ammo link armaan gadiin tuquun app kana buufadhaa guyya guyyaatti seenaa gootota achi irra keemyu dubbisuu dandeessu

Jorgoo B Abdiisaa

03 Nov, 07:37


Ashamaa Akkam Jirtuu maatii Jaalalaa! Namoonni sabboontonni Seenaa Fi aadaa Oromoo guddisuuf na faana hojjechuu barbaaddan keessaan na quunnama!

Namoota kitaaba dubbisuu jallattan; sadarkaa barnoota kutaa 12 fi isaa ol qabdan waan walii wajjin hojjennu waan qabnuuf
Karaa telgram 0994123308 na dubbisaa! Galatoomaa

Jorgoo B Abdiisaa

13 Oct, 18:18


https://youtu.be/yD2XGLQLyfw?si=2TYopMyOP5Fy_El0

Jorgoo B Abdiisaa

06 Oct, 16:28


Holly Butcher Jedhamti! Lammii Australia turtee! Waggaa 26ffa isheetti dhukkuba Cancer Ewings sarcoma jedhamuu akka qabamteef dachee kana irraa yoo baay'atee waggaa 1 qofa akka qabduu Doctor ishee irra dhageesse! Gaafa akka duutuu bartuu xalayaa Gorsa jireenyaa jedhu tokko barreessite lafa keessee duute! Xalayaa isheen barreessitee duutee sun akka addunyaatti xalayaa baay'ee dubbifamee jedhameera! Xalayaan sun namoota baay'ee boosisee! Seenaashe bifa video isiniif hojjedheera link armaan gadii cuqaasuun YouTube irra dhaggeefadhaa🥰🙏
https://youtu.be/z8zLsb05pco?si=H33TTM360rvPCHpB

Jorgoo B Abdiisaa

02 Oct, 07:43


Tishertwwan irreechaa high quality ta'an! Qulqullina fi sadarkaa isa kan eeggate qarshii 600 qofan nu bira argattu! Nu dubbisaa

Jorgoo B Abdiisaa

21 Sep, 16:07


Hin dhageenye akka hin jenne🥰

Jorgoo B Abdiisaa

20 Sep, 19:36


live youtube irran jira kottaahttps://streamyard.com/jw94e9vm5x

Jorgoo B Abdiisaa

20 Sep, 09:39


https://www.facebook.com/100071324490166/posts/539740321746780/?mibextid=AQBXeECoIFSgMqhe

Jorgoo B Abdiisaa

19 Sep, 10:31


Isins waan dandeessaniin biraa dhaabbadhaa🥰😭

Jorgoo B Abdiisaa

16 Sep, 09:57


Namoonni bara kana business dhuunfa keessan jalqabuuf fedha qabdan akkasumas jalqabdanii hojjechaa jirtan keessan na dubbisaa; leenjiin business tolaa isiniif kennama akkasumas promotion tola isiniif hojjetama! Biyyoota garaagaraa teenyee akkamitti akka waliin hojjechuu dandeenyu mar'ianna🥰🥰🥰