ሂጅራ ባንክ በወቅታዊ እስላማዊ የፋይናንስ ሕግጋት ዙሪያ ከአዲስ አበባ እና ከማዕከላዊ ኢትዮጵያ ለተወጣጡ ዑለማዎች፣ መሻኢኮች እና ኢማሞች ለ3ኛ ዙር በሂጅራ ባንክ ዓለም አቀፍ የሸሪዓ አማካሪ በሆኑት በዶ/ር ፈድል ሙራድ ሲሰጥ የቆየዉን የስልጠና መርሃግብር በተሳካ ሁኔታ አጠናቋል።
በማጠቃለያዉም በስልጠናዉ የተሳተፉ ዑለሞች ህብረተሰቡ ስለ ኢስላማዊ የፋይናንስ አሰራር በቂ ግንዛቤ እንዲኖረዉ ለማስተማር ስልጠናዉ መልካም አጋጣሚ መሆኑንም ተናግረዋል።
Qopheessummaa Baankii Hijraatiin Sagantaan Leenjii Marsaa sadaffaa Ulamaa'otaa guyyoota lamaaf geggeeffama ture haala milkaa’aa ta’een xumurameera.
Baankiin Hijraa sagantaa leenjii Ulaama’otaa marsaa 3ffaaf seera faayinaansii Halaalaa fi idil addunyaa irratti xiyyeeffate Ulamaa’ota, Maashaa’ikootaa, fi Imaamota Finfinnee fi naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa irraa dhufaniif Gorsaa shari'aa Idil addunyaa Baankii Hijraa kan ta’an Dr. Fadl Muraadiin kennamaa ture milkaa’inaan xumuree jira.
Xumura irratti Ulamaa’onni leenjii kana irratti hirmaatanis waa’ee hojmaata faayinaansii Halaalaa ummata barsiisuuf leenjiin kun carraa addaa ta’uu ibsaniiru.
#HijraBank #UlemaTraining #IslamicFinance #HalalBanking #EthicalBanking