==
Deeggarsi Kitaabilee Hafuuraa Seeminarii Hundagaleessa Gimbii fi Mana Barumsa Kitaaba Qulqulluu Shinshichootiif Godhame.
===
Donations of Spiritual Books were made to Ghimbi Holistic Seminary and Shinshicho Bible School.
የኢ/ወ/ቤ/መ/ኢ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለመማር ማስተማር ህደት እና ለአገልጋዮች የሚረዱ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በግምቢ ጆርጎ ሲኖዶስ ግምቢ ከተማ ለሚገኘው ለግምቢ ሁለንተናዊ ሴሚናሪ እና በአምበርቾ ብላቴ ሲኖዶስ ለሚገኘው ሺንሽቾ መጽሐፍ ቅዱስ ትምህርት ቤት የመጽሐፍት ድጋፍ አድርጓል። መጽፍቶቹንም የግምቢ ጆርጎ ሲኖዶስ ፕረዚዳንት ቄስ አዲሱ መልካ እና የአምበርቾ ብላቴ ሲኖዶስ ፕረዝዳንት ቄስ ሰማቱ ሂቤቦ በዋናው ጽ/ቤት በመገኘት ከቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ ተረክበዋል::
የግምቢ ሁለንተናዊ ሴሚናሪ በ2001ዓ.ም (2009እኤአ) ተመስርቶ በድፕሎማ መርሃግብር ማስተማር የጀመረ ሲሆን በአሁኑ ጊዜ በድግሪ እና በድፕሎማ መርሃግብሮች ተማሪዎችን ተቀብሎ እያስተማረ ይገኛል:: የሺንሽቾ መጽሐፍ ቅዱስ ትምህርት በ1993 ዓ.ም (2001እኤአ) የተመሠረተ ሲሆን: አሁን ላይ በአማርኛ በሰርተፍኬትና በድኘሎማ፥ እንዲሁም በእንግሊዝኛ በድፕሎማ መርሃግብር እያስተማረ ይገኛል።
ሴሚናሪው እና የመጽሐፍ ቅዱስ ት/ቤቱ ከቤተክርስቲያኒቱ አልፈው ለሌሎች አብያተ ክርስቲያናትም በረከት የሆኑ እና እየሆኑ ያሉ የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ ተቋማት ናቸው። የመምሪያው ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን ለቤተክርስቲያኒቱ ድጋፍ ያደረጉትን ተቋማት: 'Rafiki Foundation' fi 'Lutheran Heritage Foundation' እና ሌሎችንም በማመስገን : መጽሐፍቶቹን ለቤተክርስቲያኒቱ ሴሚናሪዎች: መጽሐፍ ቅዱስ ኮሌጆች እና ት/ቤቶች ከተባባሪ ድርጅቶች ጋር በመሆን ድጋፍ የማድረጉ ስራ እንደሚቀጥል ገልጸዋል።
===
WKWWMYI Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo kitaabilee garagaraa adeemsa baruu fi barsiisuuf kan gargaaranii fi tajaajiltootaaf barbaachisan Sinoodoosii Gimbii Jorgoo, Magaalaa Gimbiitti kan argamu, Seeminarii Hundagaleessa Gimbii fi Sinoodoosii Ambarichoo Bilaatteetti kan argamu Mana Barumsa Kitaaba Qulqulluu Shinshichootiif taasisee jira. Kitaabilee kanneen Pirezidaantiin Sinoodoosii Gimbii Jorgoo Luba Addisuu Malkaa fi Pirezidaantiin Sinoodoosii Ambarichoo Bilaattee Lubni Saamaatuu Hibeeboo, waajjira olaanaa waldattiitti argamuudhaan Daarektara Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Waldattii Wondmagegn Udessa irraa fudhataniiru.
Seeminariin Hundagaleessi Gimbii bara 2001 (2009ALA) hundeeffamee sadarkaa dippiloomaatiin barsiisuu kan jalqabe yoo ta'u, amma irratti sadarkaa digrii fi dipploomaatiin barattoota simatee barsiisuu irratti argama. Manni Barumsa Kitaaba Qulqulluu Shinshichoo immoo bara 1993 (2001ALA) hundeeffamee, sadarkaa sartafikeetii fi dippiloomaatiin (Afaan Amaariffaatiin), dabalataan Afaan Ingiliziitiin sadarkaa dippiloomaatiin barattoota simatee barsiisuu irratti argama. Seeminariinii fi Manni Barumsa Kitaaba Qulqulluu kunneen waldattiirra darbanii waldoota Kiristaanaa kanneen birootiifis tajaajila kennuu irratti kan argaman dhaabbilee WKWWMYI ti. Daarektarri Qajeelchichaa Wondmagegn Udessa , dhaabbilee deeggarsa kitaabilee garagaraa waldattiidhaaf taasisan, 'Rafiki Foundation' fi 'Lutheran Heritage Foundation' fi kanneen biroo galateeffachuudhaan, deeggarsi Kitaabilee kunneen seeminarootaaf, kolleejotaa fi manneen barumsaa Kitaaba Qulqulluutiif dhaabbilee deeggarsa taasisan waliin ta'uun kan itti fufu ta'uu ibsaniiru.
===
The EECMY Department of Children and Youth Ministry donated spiritual books that help for academic classes and ministries of the church, to Ghimbi Jorgo Synod, Ghimbi Holistic Seminary, and Ambericho Bilate Synod, Shinshicho Bible School.
The books were handed over by the Director of the church's Children and Youth Ministry Department, Wondmagegn Udessa, to Ghimbi Jorgo Synod President Rev. Addisu Melka and Ambericho Bilate Synod President Rev. Sematu Hibebo.
Ghimbi Holistic Seminary was founded in 2009 and started teaching in a diploma program, and is currently accepting and teaching students in degree and diploma programs.
Shinshicho Bible School was founded in 2001 and is currently teaching in Amharic in certificate and diploma programs, as well as in English in diploma programs.
The seminary and the Bible school are institutions of Mekane Yesus Church that are becoming a blessing to other churches beyond the church.
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool