Dubbisaan Hayyuudha @dubbisaanhayyuudha Channel on Telegram

Dubbisaan Hayyuudha

@dubbisaanhayyuudha


Namni dubbisu hundi hayyuu ta'u baatuus, Hayyuun garuu dubbisaadha.
https://www.youtube.com/@MindEnginer

Dubbisaan Hayyuudha (Amharic)

የ Dubbisaan Hayyuudha የእንስሳት ርዕሰ መለኮት እና መተግበሪያ ዝርዝሩን በብቻ መመልከት እንችላለን። ይህ መለኮት በሮም አንጻርና በህፃናት የሚገኝ እና ደረጃ ነው። ይህ መለኮት በከፍተኛ ይገኛል። Dubbisaan Hayyuudha ለእኛና ለበቃቸው ሁነታችንን ለመተግበር ያለንን ድንቅ ጉዳይ፣ እና ፈጣሪ ተከታታይ ሞሪያ በመርመር ማንበብ እንወዳለን። Dubbisaan Hayyuudha ከ @Visionary112 ድምጻ ላይ እና በ YouTube በ @MindEnginer ላይ ይጠቀሙ።

Dubbisaan Hayyuudha

10 Dec, 17:45


All of us have the power of choice. I choose to be rich, and I make that choice every day.

Robert T Kiysoki

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

10 Dec, 15:36


Mindaan qoricha abjuu kee si dagachiisuuf siif kennamuudha. #Kevin O'Leary

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

08 Dec, 19:39


Hamma qaama kee osoo hin taane hamma ilaalcha kee geessa. Kanaaf jireenya kee keessatti qaamaan ofii kees nama biroos hin tilmaamin.

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

23 Nov, 18:09


Namootni Telegram group Gugurachu feetan

🛑2016-2019📎
🛑2020📎
🛑2021📎
🛑2022📎
🛑2023(january to april)🔷
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba



🔷Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🚻

miseensi 1 gahaadha

@blackdiamond_23

Dubbisaan Hayyuudha

20 Nov, 12:45


@allNGOvacancy

Dubbisaan Hayyuudha

12 Nov, 11:25


Namoonni Dipiloomaa, Degree akkasuma MA qabdan carraan hojii waan jiruuf nu quunnamaa jedha Dhaabbanni Save the children. link oliin quunnamaa!

Dubbisaan Hayyuudha

12 Nov, 11:23


https://t.me/+VOLyIX5PckljOTQ0

Dubbisaan Hayyuudha

01 Nov, 19:26


Sababni guddaan ani Network Marketing jaaladhuuf kaampaniwwan hedduun indaastirii kana keessa jiran,Manneen Barnoota Hojiiti. Manni baruumsaa idilee garuu daa'imman ciccimoo akkamitti akka sooressaaf qaxaramee hojjatu barsiisu. Network Marketing'n akkamitti  akka Abbaa Qabeenyaa taatu si barsiisa malee,akkamitti akka hojjataa amanamaa sooressaa taatu si hin barsiisu.

Robert Kyosaky!

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

17 Oct, 18:28


Addunyaan keenya addunyaa haala mijataa namaaf kennitu miti, ofii keenyaan nuti haala mijataa yoo uumne malee.
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

14 Sep, 07:04


Namoonni Digiriin eebbifamtanii jirtan yoo jiraattan carraan hojii waan jiruuf asin nu quunnamaa @Visionary112
@DubbisaanHayyuudha
@@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

11 Aug, 11:35


"Addunyaan kun wantoota hundumaan guutamte jirti. Hundi keenyayyuu akka mootiitti gammadnee jiraachuu dandeenya." #RoobartLuuwiis
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

01 Aug, 11:24


Focus on cash. 💵
Not on ass.

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

18 Jul, 13:05


Tarii Barataan qaxalee daree keetii Doktarii ta'uu danda'a garuu atimmoo Abbaa Hospitaalaa ta'u dandeessa.

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

10 Jul, 06:15


With regard to your future, do not avoid opportunity or hide unwanted things in the fog — and do not do what you hate. If you are resentful, you have to ask yourself if you are being immature or if you are being tyrannized, but the probability you are immature is very high, which is the case for everyone. Have you, indeed, fully grown up? You know yourself well enough to know you are still 13 years old in some ways. I witnessed this with my clinical clients in the past, especially if they had been hurt at some point in their lives. As they talked, I could see them transform right before my eyes.

#DRJORDANBPETORSON
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

09 Jul, 15:40


Macaafni Seera Uumamaa waa’ee Waaqayyo samii fi lafa akkamitti akka uume dubbata. Guyyaa jalqabaa ifni haa jiraatu jedhe ifni dhufe. Guyyaa lammaffaatti bishaan samii irraa adda baase. Guyyaa sadaffaatti biqiltootaa fi mukkeen uume. Guyyaa afraffaatti aduu fi ji’a uume. Wanti nama hawwatu guyyaa jalqabaa ifni ture, garuu hanga guyyaa afraffaatti aduu hin tolchine. Aduu malee akkamitti ifa qabaachuu dandeessa? Waaqayyo uumamaan ol ta'uu isaa nutti agarsiisaa ture. Jireenya kee keessatti wantoota ibsamuu hin dandeenye, kan hiika hin qabne hojjechuuf jira.

#JOELOSTEEN
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

08 Jul, 07:54


"Eduction is cheap; experience is expensive." #RobertKoyosaki

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

03 Jul, 16:01


If you want new ideas…

- Study art
- Read history
- Walk in nature
- Watch old movies
- Read classic books
- Visit old architecture
- Follow your curiosity
- Visit your grandparents
- Question what’s normal
- Learn a new language
- Talk to strangers
- Travel regularly
- Eat better food
- Write daily

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

26 Jun, 14:44


Waan siif gaarii taʼe hojjechuu keetiin gonkumaa yakki sitti hin dhagaʼamin.
#GrantCardone

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

18 Jun, 15:21


Wanta waaqni siif qopheesse inni guddaan sodaakee dugda duuba jira. Sodaa fuulakee dura jiru cabsii wanta waaqni siif qopheesse sana harka galfadhu.
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

15 Jun, 17:02


Allaattiin tokkoo fiixee damee mukaa tokkorra qubachuuf sodaa tokko hin qabu sababni isaas allaattichi damee mukaa sanaa osoo hin taanee baallee isaa abdateeti.

Atis abdiinkee waaqakeetti aansee si mataakee akka tahe beeki! Goonkumaa nama abdachuuf hin yaalin!

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

19 May, 15:24


Namni beekaan tokko karaan fiixaan ba'insaa namoota biroo wajjin wal dhaga'uun ittiin jiraatan torba jedhee ibsa. Namni kunis ROOY T. BEENET jedhama. Karaan torban kunis:
1. Yeroo nama waamtu maqaa isaan waami, itti tolaatii. Waanuma argiteen hin waamin
2. Nama kamitti illee kabaja agarsiisi.
3. Dhaga'amu ( baay'ee dubbachuu ) caalaa dhaggeeffachuu filadhu.
4. Waa'ee kee dubbachuu caalaa waa'ee isaanii dubbadhu.
5. Fedhii dhaggeeffachuu qabdu sirriitti amanamummaan itti agarsiisi.
6. Kabaja yeroo kennituuf hin fakkeessin. Onnee kee irraa itti agarsiisi.
7. Waanuma hundumaatti karaa hundumaa namootaaf of eeggadhu.

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

19 May, 15:23


Namni beekaan tokko karaan fiixaan ba'insaa namoota biroo wajjin wal dhaga'uun ittiin jiraatan torba jedhee ibsa. Namni kunis ROOY T. BEENET jedhama. Karaan torban kunis:
1. Yeroo nama waamtu maqaa isaan waami, itti tolaatii. Waanuma argiteen hin waamin
2. Nama kamitti illee kabaja agarsiisi.
3. Dhaga'amu ( baay'ee dubbachuu ) caalaa dhaggeeffachuu filadhu.
4. Waa'ee kee dubbachuu caalaa waa'ee isaanii dubbadhu.
5. Fedhii dhaggeeffachuu qabdu sirriitti amanamummaan itti agarsiisi.
6. Kabaja yeroo kennituuf hin fakkeessin. Onnee kee irraa itti agarsiisi.
7. Waanuma hundumaatti karaa hundumaa namootaaf of eeggadhu.
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

05 May, 09:42


"Inni garuu balleessaa keenyaaf ni waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee ni caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni ni adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf ni argame; nuyi hundumti keenya akka hoolotaa karaa irraa badnee turre, adduma addaanis kara-karaa ni gorre; Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra ni kaa'e. (Isa. 53:5-6)
Baga ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin ga'e, ittiin nu ga'e.
#AyyaanaGaarii
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

02 May, 05:08


"Gad fageenya hiyyummaa keenyaa irraa kan ka'e aniifi obboleessi koo dabareedhaan uffata jalaa (under wear) uffachaa turre."
#DrMylesMuniro
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

25 Apr, 07:45


#Amma_Jalqabi!

Akka gaariitti hojjechuuf hin yaadda'in. Callisiituma hojjechuu eegali.

Kitaaba gatii guddaa baaasu barreessuudhaaf hin yaadda'in, barreessuu qofa eegali. Mo'ataa Grammy Award ta'uuf hin yaadda'in, muuziqaa qofa hojjedhu. Kufaatii hin yaadda'in, mul'achuu fi yaaluu qofa itti fufi. Tokkoffaa, wanti barbaachisaa taʼe, wanta gochuu barbaadde raawwachuu kee ti. Sana booda dogoggora kee irraa barachuudhaan yeroo darbaa deemuun bakka barbaadde gahuu dandeessa.

Dhugaan jiru garuu wanti ati hojjettu ajaa'ibaa fi addunyaa jijjiiru ta'uu fi dhiisuu isaa yoo yaaddofte milkaa'ina guddaa hin argattu. Wantoota kana kan argattu yeroo salphaatti waan hiika qabuu fi hiika qabu ofii keetii uumuuf of hayyamtudha.

Kanaaf mudaa kan hin qabne taʼuu mannaa guddina irratti xiyyeeffadhu. Waan tokko haala gaariin hojjechuu mannaa, hojii sana hojjechuu irratti xiyyeeffadhu. Sana booda hojii sana akka barbaaddetti gulaaluu, ijaaruu, fooyyessuu fi guddisuu dandeessa.

Gaara yaaddoo kee ofirraa baasuu qofa irraa jalqabi. Hiriyaa koo mee ammuma jalqabi!
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

23 Apr, 17:08


#Reposted

#Mul'ata koo jiraachuuf

"Onnee namaa keessa duwwaan mul'ati qofti guutuu danda'u jira."

Magaalaa tokko keessa sooressi maatii isaa irraa qabeenya dhaale tokko akka ture himama. Namichi kun qarshii gahaa yeroo barbaadetti hamma barbaade baasuu danda'u qaba ture. Mana bareedaa, konkolaataa bareedaa fi wantoota jireenya nama tokko barbaachisu guutuu qaba ture. Jireenya mijataa kana keessa waggoota hedduu jiraate. Haa ta’u malee jireenyi marsaa jireenyaa irra deddeebi’uu ta’eera. Nyaata, dhugaatii, hiriyyoota isaa waliin taphata, gara manaatti deebi'ee, rafee, ganama deebi'ee ka'a. Guyyaa itti aanutti akkasuma irra deebi'ee godha. Hiriyyoota hedduu qaba. Namichis marsaa jireenyaa kana dadhabee burjaaja'e. Gaaf tokko yeroo rakkoon miiraa isaa olka'aa ta'etti "of ajjeesuufan jira" jedhee murteesse.

Akkamitti of ajjeesuu akka danda'u yommuu yaadu riqichi guddaan naannoo sana akka jiru yaadate. Bakka riqichi sun jiru dhaqee of darbachuun of ajjeesuu deeme. Riqicha olka’aa sodaachisaa sanaa qarqara dhaabatee of darbachuuf osoo jiruu, sagaleen tokko akka tasaa yaada isaa hate. Sagalee daa'imaati. Yeroo Garagalee ilaalu daa'ima tokko arge. Daa'imni kun baay'ee dhukkubsatee jira. Daa'ima kana eenyu akka achitti dhiise hin beekamu. Namichi of ajjeesuuf jedhu kun mucaa kana yeroo sirriitti ilaalu, beela irraa kan ka’e daa'imnichi akka huuqqatee fi of dadhabee jiru arge, baay’ees gadde. Innis garaa isaatti "Mee guyyaa tokko illee daa'ima hiyyeessa kana hangan du'utti haa nyaachisu" jedhee yaade. Kanaaf, beellama of ajjeesuu isaa yeroo biraatti dabarse.

Daa'ima kana harkatti qabatee ol kaasee, qaama isaa dhiqee, akka gaariitti nyaachisee, bishaan obaase, achiis gara karoora of ajjeesuutti deebi'uu itti fufe. Garuu karaa irra osoo deemuu "haala daa'ima kanaa irraa ija koo baasuu hin danda'u" jedhe. Innis "Erga ani du'ee booda eenyutu daa'ima kana nyaachisa?" Guyyaa tokko qofa keessatti fuullisaa ni fayye. Kana erga yaadee booda daa'ima dhiisee deebi'ee nyaachisuuf bakka inni dhufeetti deebi'e. Guyyaa biraa itti dabale. Guyyaa biraas deebisee isa nyaachise. Kana jechaa guyyoota muraasaaf erga nyaachisee booda mucaa sana yommuu argu lubbuun isaa deebite. Amma sooressi kun yeroo deebi'ee of ajjeesuu yaaduu eegalu egeree mucaa kanaa ol ilaaluu eegala. Gurbaan kun guddatee sadarkaa gaarii irra akka gahu arguuf hawwuu jalqabe. Jiraachuuf fedhii guddaa kan qabu. Hiika ittiin jiraatu argateera. Sana booda lammata waa'ee of ajjeesuu yaaduu hin dhiise.

- Namni tokko kan kisaaru yeroo daldalli tokko kufe osoo hin taane, yeroo mul'ata isaa dhabe...

- Namni tokko kophummaa kan itti dhagahamu yeroo kophaa isaa osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe...

- Namni tokko namoota biroo irraa waan xiqqaa ta'eef osoo hin taane, yeroo mul'ata isaa dhabe gadi bu'uun itti dhaga'ama...

- Namni yeroo daandii dhabe osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe kan burjaaja'u...

- Namni gaaffii deebii hin qabneen guutamu gaafa deebii dhabe osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe...

- Namoonni hojii dhaban yeroo hojii dhaban osoo hin taane, yeroo mul'ata dhaban...

Burjaajiin amma keessa jirtan, muddama fi rakkoowwan biroo furmaata hin arganne fakkaatan mul'ata keessan beektanii gara fuulduraatti tarkaanfachuu yoo jalqabdan hamma isin miidhuu hin dandeenyetti furmaata argachuu ykn hir'achuu akka danda'an hin dagatinaa.

Jiraachuuf fedhii guddaa akka qabaattutti hiika ittiin jiraattu argadhu.
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

21 Apr, 18:10


"Jireenya koo keessatti namoota ogeeyyii ta'an garuu immoo hin dubbisne argee hin beeku, tokkollees hin jiran. Ogeessi kamuu hanga dubbatu ga'a osoo hin taane hanga dubbisu ga'a.
Dubbisuun waa beekuuf oola, garuu dubbachuun yoo barsiisuuf hin taane oduu akkasumaaniiti.
Ani uummata kana akka inni dubbisu barsiisuuf eenyu irraa akkan eegalutu na dhiba, ijoolleen koo iyyuu yeroon kitaaba dubbisu natti kolfu. Ani garuu kitaaba akka hayyuu cimaa jireenya koo na waliin qooddatuuttin ilaala.
Ani ofii kooti biographer dha. Akkasumas yaadrimeewwan gurguddoo barsiisuuf nan yaala. Kitaabni ani barreessu jireenya namootaa hanga tokko ni guddisa, ni jijjiira, jireenya baratamaa irrattis garaagarummaa ni uuma jedheen yaada.
Kitaaba Adam Smith barreesse yoo dubbiste Adam Smith hirooyomfatte jechuudha. Ogeessa diinagdee cimaa hiriyoomfatte waan ta'ef, waa'ee diingdee caalaatti baratta jedheen yaada.
Kun waan nama kofalchiisu fakkaata, namoota beekamoo du'an gidduutti hiriyummaa uumuun hin dandaa'amu, garuu namoota du'aan darban irraa barnoota, muuxannoo fi mudannoo isaanii irraa qooddachuu ni dandaa'ama, ni fayyadallee." #Charle_Munger

@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day

Dubbisaan Hayyuudha

18 Apr, 16:47


"Maallaqni jireenya keessatti wanti hunda caalaa barbaachisaa taʼe utuu hin taʼin, wanta barbaachisaa taʼe hunda irratti dhiibbaa qaba." #RobertKiyosaki
@DubbisaanHayyuudha
@DubbisaanHayyuudha
Read every day