โHiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.โBiil Geet.
Oromoo Inspire โขโ แฅแแดแต แฅแแฐแแณแแ แฅแแดแต แฅแแฐแแจแแ แแญแณแแแข แจแ แแฅ แ แแฃแณแต แแ แ แจแฐแฅแ แฅแ แ แแฅ แ แฃแแตแ แแฐ แดแแญแซแฒ แญแ แแฅ แแฐแแ แจแฐแแแ แ แแฃแณแต แแแแแจแต แซแแแ แแแ แฅแ แแผแ แคแแป แฅแป แแ แญแข แ แฐแจแแชแ แดแถแฝ แจแแซแฐแฐแ แ แจแฆแณ แแญ แ แตแแ แ แตแซแปแ แแญ แพแแญ แ แแแ แฉ แ แแฅ แ แฃแแแต แญแฐแแแแแข แแณแแแแต แแซแแ แตแแ แ แฐแแฐแแ แ แตแฌ แ แแฎแตแซ แแฐแ แญแแซแแข
13 Jan, 07:10
06 Jan, 00:10
04 Jan, 01:35
27 Dec, 20:51
27 Dec, 20:48
26 Dec, 19:32
26 Dec, 19:21
23 Dec, 05:09
23 Dec, 05:02
23 Dec, 04:48
23 Dec, 04:38
23 Dec, 03:36
23 Dec, 03:04
23 Dec, 02:34
23 Dec, 02:23
22 Dec, 05:40
22 Dec, 05:27
22 Dec, 05:20
22 Dec, 05:00
21 Dec, 22:44
HOJII CIMAA:-
Carraa hin amanin, hojii cimaatti amani. Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi. Hin jiru. OBSA:-
Obsa dhabaa jirta taanaan lola dhabaa jirta. Jalqaba wanti tokkollee hin taโu, achiis suuta jedhee akka tasaa yeroo tokkotti taโa. Namoonni baay'een sadarkaa tokkoffaa irratti harka kennatu. WAREEGAMA:-
Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti barbaadde wareegama ta'a. Wanti hundi gatii qaba. Gaaffiin jiru: Jireenya hawwitu sanaaf wareegama kaffaluuf qophoofteettaa? WALSIMACHUU:-
Walsimannaa jechuun giddu galeessa gara olaantummaatti kan jijjiirudha. Walsimannaa malee milkaa'ina caalu gonkumaa hin argattu. NAAMUSA:-
Kakaโumsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa. OFITTI AMANAMUMMAA:-
Imala keetti sodaa malee dandeettii si keessa jiru bakkeetti baasuuf si gargaara.