𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر @tafak_or Channel on Telegram

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

@tafak_or


𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (Arabic)

تعتبر قناة تفكر (tafak_or) واحدة من أهم القنوات التي تهتم بخدمة السنة المحمدية ونشر العلم الشرعي. يقدم صاحب القناة محتوى ثري ومفيد يتضمن الحديث النبوي والأحاديث الصحيحة التي تعتبر هدي الرسول صلى الله عليه وسلم. من خلال المشاركة في هذه القناة، يمكن للمشتركين تعلم السنة والتقرب إلى الله من خلال اتباع سنة النبي محمد. يمكنك الاشتراك في قناة تفكر للتعرف على أحدث المقالات والفيديوهات التي تساعدك على فهم الدين الإسلامي بشكل أفضل. انضم إلينا اليوم وكن جزءًا من هذه الرحلة العلمية والروحية في خدمة السنة المحمدية.

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

21 Nov, 09:10


Ati suusii maalii qabda ?

« Namni zikrii Rabbii suusii godhate, kokkolfaa jannata seena…» #Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah)
[مُدمِن الذِّكر يَدخُل الجنَّةَ وهُو يضحَك.- ابنُ القيِّم.]

👇🏻
•سُبحَان اللّٰه.

•الحَمدُ لِلَّهِ.

•اللّٰه أكبر.

•لا إله إِلَّا اللّٰه.

•لا حَول ولا قُوَّةَ إِلَّا باللهِ.

•سُبحَان اللّٰه وبحمدهِ .. سُبحَان اللّٰه العَظِيم.

•سُبحَان اللّٰه العَظِيم وبحمدهِ.

•استَغفِر اللّٰه العَظِيم وأتُوب إِلَيْهِ.

•اللهُمَّ صلِّ وسلم وبارك على نبيّنَا مُحَمَّد وعلى آلهِ وصحبهِ أجمَعِين.

https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

20 Nov, 15:07


#Ibsa_baldhaa mataduree kanaan….!!

Waa'ee dubartii tuquun wuduu'a diiga moo hin diigu jedhu keessatti ulmaa'iin gurguddaan bakka @3tti wal qoodan... hunduu Ragaa qabu.

@1ffaa) Ni diiga warra jedhan... (Abdallaa Ibnu Mas'uud, Abdallaa Ibnu Umar, Zuhriyyiidha.... Akkasuma Mazhaba Shaafi'ii irrattis...)
Ragaan isaanii.... 👇
Aayata qur'aanaa:
{أو لامستم النساء....}
{Yoo takkaa dubartii tuqxan..}
Akka lugaa Arabaatti @Lams jechi jedhu harkaan tuquudha malee wajjiin ciisuu miti kan jedhu qabatan.
@2ffaa) Hin diigu warra jedhan...warroonni karaa kanarra jiran sahaabota gurguddaa Akka (Aliyyii, Abdallaa binu Abbaas, fi kanneen akka Axaa'i, Xaawusi... Kun Mazhaba Hanafiidha....)
Ragaan isaanii👇

A) " Nabiyyiin keenya (SAW) garii dubartii isaanii dhungatanii osoo wuduu'a hin goone salaataaf bahan " Hadiisa jedhu...
B) " Luka koo gara qiblaa deebisee, fuuldura Rasuulaa kan rafu ture... yeroo sujuuda bu'u harkaan na tuqa, jalaa ol deebifadheen salaata... " jette haati teenya Aa'ishaan (Radiyallaahu Anhum).
C) Ammas Hadiisuma ishee keessatti... { Guyyaa tokko Rasuula Rabbii manaa dhabnaan, akka malee waan jaalattuuf barbaacha manaa baate.. osoma barbaadaa jirtuu isaanii masjidatti salaataa jiran .. bakka isaan sujuuda godhanitti, koomee isaanii harkaan tuqe...} jetti....
Osoo kan tuquun wuduu'a diigu taatee... silaa salaata San hiikkatu ture....
@3ffaa) Yoo fedhiidhaan tahe ni diiga warra jedhaniidha.... Isaan kunneen immoo warra lamaan dabre walitti araarsuudhaaf.
{Mazhaba Maalikii fi Mazhaba Ahmad....)
karaan kunis karaa sirridha... garuu Aayyanni jalqabaa Suni kan baantu harkaan tuquu osoon taane, walitti dabalamuudha.


Deebiin isuma dabre sana….hin dagatinaa….
Share👇
https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

20 Nov, 11:58


✍️ Dubartii tuquun wuduu’a namarraa diigaa….??
Dubartii harkaan tuquun:

Ajnaba taatee,
Haadha manaa taatee,
Mahrama taatee,
Shahwaan ykn fedhiin taatee,
Shahwaa malee taatee wuduu’a namarraa hin diigu jedhan koreen Ulmaa’ii waliigalaa….!!
👉🏼 yoo waa namarraa bahan malee…gaafa waa sirraa bahan fkn Mazyiin…wuduu’a gochuu qabda.

Koreewwan ulmaa’otaa..madda fatwaa kanaa warreen tahan..👇🏻
1) Ibnu_Useymiin
2)Ibnu_Baaz,
3) Sh/Muhammad binu Ibraahim muftii duraanii kan sa’uudii,
4) Sh/ Saalih Alfowzaan Muftii sa’uudii yeroo ammaa,
5) Sh/ Abdurrahmaan Al-Sa’adii,
6) Sh/ Andallaah binu Jabriin,
7) Sh/Bakri Abuu zeydi,
8) Sh/ Abdallaah Manii’i….

Share👇🏻
https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

20 Nov, 11:41


✍️ Osoo kasaareeyyuu, kasaaraan koo milkaa’inna kee akka tahu yoomuu hin hayyamu…..!!


Ijjannoo kooti….!

https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

20 Nov, 04:20


☆☆○﷽☆☆☆
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎♡♡
صباح الخیر🌞☀️
#ISTIGFAARA📿
♧Dhiphina rizqii kan bal'inaaf sababa ta'u..... #istigfaara📿
♧Amrii namatti jajjabaatte kan laafinaaf sababa ta'u.... #istigfaara📿
♧yaada namatti jiru kan namarraa deemsisu.... #istigfaara📿
♧Qixaata/ adaba rabbi qopheesse jalaa bahuuf kan sababa namaaf ta'u...... #istigfaara. 📿
💎Jamaalli Aaminaan deesse ( ﷺ) akkana jedhan......
"Namni istigfaara kana qabatee yeroo hunda jedhu. Yaadaafi dhiphina isatti jirullee rabbi furmaata isaaf godha., hireellee karaa inni hin yaadiniin fidee isa razzaqa."Jedhe.
♧Teessuma takka taa'ee osoo istigfaara hin jenne hin ka'u kaliilli keenna📿
🗣Yaa ilma namaa gama rabbii deebi'aa ani immoo yeroo torbaatamaa ol rabbiin dhiifama gaafadha jedha.
♧Waadaan jara istigfaara godhaniif galamte keessaa.... "akka isaan hin qixaanne waadaan galameef"
"وما كانﷲمعذبهم وهم يستغفرون"

share👌

https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

19 Nov, 09:55


Qalbii qur’aana qabatu, arraba qur’aanaan dubbatu Rabbiin siif haa kennu..🤲🏿


Aaamiin….!

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

19 Nov, 05:47


Eennu isaan sunniin?

﴿‏إنَّهم كانُوا يُسَارِعُونَ في الخَيرات﴾

« Isaan bar keeyriiwwan keessatti wal ori’aa ykn waldorgomaa turan….
Keeyrii argan kamuu…carraa argatanitti fayyadamuuf jecha, osoo hin saamanne bira hin kutan…!

- تفسير السعدي.

👉🏼 Guyyaa kankee fi yeroo kankee waan si fayyadu keessatti dabarfadhu…!!

Sebahal-keyri walhimmaa…👍
⛅️ صباح الخير والهمة ⛅️

👇🏻

https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

18 Nov, 12:32


👉🏼 Ummata rafe dammaqsutu irra salphadha moo kan Rafuu hedu laata….!?



Comment👇🏻

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

18 Nov, 12:23


Nama keessaa nama dhabneerra…!!

👉🏼 Namoota himattu hedduu arguu dandeessa, garuu nama waa itti hinattu argachuun ulfaataadha…
👉🏼 Nama jalaa dheessitu hedduu qabda…nama itti dheessitu argachuun hedduu jabaata…!
👉🏼 Nama waa’Ee isaa haasoftu heddutu jira…nama waan kee itti hasaasattu argachuun ulfaataadha….!!

👇🏻

https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

18 Nov, 09:56


Machina kana…mechanical ventilation….


Namni yeroo jalqabaatiif fayyadame eennu beektuu?

Comment…
Ummanni dhihaa/Europe hattoota qaroonnaati….

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

18 Nov, 08:57


"وَهُوَ ٱلَّذِىٓ أَنشَأَ جَنَّٰتٍ مَّعْرُوشَٰتٍ وَغَيْرَ مَعْرُوشَٰتٍ وَٱلنَّخْلَ وَٱلزَّرْعَ مُخْتَلِفًا أُكُلُهُۥ وَٱلزَّيْتُونَ وَٱلرُّمَّانَ مُتَشَٰبِهًا وَغَيْرَ مُتَشَٰبِهٍ ۚ كُلُوا۟ مِن ثَمَرِهِۦٓ إِذَآ أَثْمَرَ وَءَاتُوا۟ حَقَّهُۥ يَوْمَ حَصَادِهِۦ ۖ وَلَا تُسْرِفُوٓا۟ ۚ إِنَّهُۥ لَا يُحِبُّ ٱلْمُسْرِفِينَ"
.
✍️ Jechoota jala sararame kana Hiikkaa isaa naaf barbaadaa:
1) معروشات
٢( متشابه
٣(وغير متشابه

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 17:51


Live stream finished (55 minutes)

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 17:01


Kitaabichi isa kana

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 16:55


Live stream started

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 16:03


Sa’aatii 1 booda inshallaah

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 11:02


https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 10:30


#Yaadachiisaa…
Hardha galgala….sa’aatii 2:00 irraa…



Darsii kitaaba….
خذ عقيدتك من الكتاب والسنة….

Darsiin kuni qormaatas waan qabuuf seeraan hordofaa….!!!

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 06:42


#Dhageessee......!!

✍️ Nama si onnachiisuu fi fuulduratti si dhiibu sin barbaachisu... ufumaa keetii uf onnachiisuu qabdas, ufumaa eegaluu qabda..!
Yoomuu teesse nama “deemi” siin jedhu hin eegin......!!

Galatoomi....!!
@tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

17 Nov, 06:32


✍️ Jireenyi ati amma jiraataa jirtu tun hadhooftuu taatus, abjuu fi abdii keetirraa sukkaara dalagattee keessa jiraachuu inuma dandeessa....!!

jiruu hadhoofte, hadheessitanii, ufitti hin hadheessinaa....😀