Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella @asellaprivate Channel on Telegram

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

@asellaprivate


Asella private student bearu.

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella (Amharic)

ወገብ በአዛውዯ ስታይላዊ የተማመኑ ተልዋል ለሌላው ምናለም ቦም በጥሪ በአዛውዯ ውስጥ እየሚገኙ ቢገቡ መሆኑን የማይችሉበትም ብምናው በሩ ነው የአለሁው ወገባዊ ዝግጅት ለሌሎች እምነት እንኳን ቤሳ የሚገነባው ቫይረስ መሆን መፍትሄን እንሻለና ለናንኩ ነው። መሠራት ከግማሽ የግብፅና ብሌአቭስት እንኳን ተጠቃሚዉና ተሥጥቃሚያ ተረከቡ። በዚህ ቦም ከተከፈለበት አይነት ቪዲዮ በአዛውዯ ከተነሳዉ ከግማሽ አዳዲስ ስምታት መውሰድ ቋሚን እንሆን።

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

09 Oct, 15:32


Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama?

Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama sa’aatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu.

🫴 Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti

🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284

🫴Karaa Telegiraamii https://t.me/eaesbot

Ka oro media

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

08 Oct, 09:20


#Oduu_Ammee
#Kutaa_12ffaa

"Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa guyyaa borii ifooma" Ministeera Barnootaa.

Bu'aa Qormaata seensa Yuunivarsitii bara 2015 ii' barattoota, maatii barattootaafi hawaasni marti abdiin eegaa jiru.

Qormaata seensa Yuunivarsitii kutaa 12ffaa Yuunivarsitiilee keessatti bifa addaan marsaa lammaffaaf bara 2015 kenname firiin isaa hanga yoonaatti kan hin ifoomne ta'us ministeerri barnootaa ergaa miidiyaalee garaagaraaf ergeen ibsa bal'aa qormaatichaa guyyaa boruu fulbaana 28 bara 2016 galma ministeerichaatti argamuun akka tamsaasaniif waameera.

Ergaan kun fulbaana 25 bara 2016 ministeerichaan kan ergame yommuu ta'u miidiyaan @Abdii_Sabaa dhugaa ta'uu ergaa kanaa qulqulleeffateera.

Haaluma kanaan ibsi bal'aan dhimma bu'aa qormaata seensa Yuunivarsitii wiixata fulbaana 28 bara 2016 guyyaa sa'a 5:30 irraa eegaluun miidiyaalee affeeramaniif galma ministeera barnootaa keessaa kan isiniif tamsa'u ta'a.

Miidiyaan @Abdii_Sabaa barattootaafi maatii barattootaa maraaf bu'aa gaarii kan hawwu yommuu ta'u odeeffannoo sirri gamasirra odeeffannu kallattiin kan isin qaqqabsiisnu ta'uu keenya gamanumaan isin beeksisna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

🌏Feesbuukii🌏
facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

🕸Marsaariitii🕸
AbdiiSabaa.com

📚Kitaaba Barataa📚
@Kitaaba_Barataa
@AsBookStore
@AbdiiSabaabooks
@KitaabaGuutuu

🗑ADS🗑
//nebsefte.net/4/6246757

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
@yaadaafqeeqabot

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

08 Oct, 07:07


ትምህርት ሚኒስቴር በ2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ውጤት ዙሪያ መግለጫ ይሰጣል።

ሚኒስቴሩ ነገ መስከረም 28/2016 ዓ.ም ከቀኑ 5:30 ጀምሮ የ2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ፈተና ውጤትን በተመለከተ በሚኒስቴሩ የመሰብሰቢያ አዳራሽ ጋዜጣዊ መግለጫ ይሰጣል።

በሚኒስቴሩ የህዝብ ግንኙነትና ኮሚዩኒኬሽን ሥራ አስፈፃሚ አመለወርቅ ህዝቅኤል ተፈርሞ ለተለያዩ የመገናኛ ብዙሃን ደብዳቤ ተልኳል።

በሐምሌ 2015 ዓ.ም መጨረሻ በሁለት ዙር የተሰጠውን የ2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ፈተና ከ 840 ሺህ በላይ ተፈታኞች መውሰዳቸው ይታወሳል።

ተማሪዎች ውጤታችሁን በትዕግስት እንድትጠብቁ  እያሳሰብን ውጤት ሲለቀቅ  በዚሁ @Timihirt_Minister ቻነል በፍጥነት የምናሳውቅ መሆኑን እንገልፃለን።

@Timihirt_Minister
@Timihirt_Minister

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

04 Oct, 04:24


Baraatoonii private qorumsaa fudhadhatani bu'a egaa jirtaan hundaaf
Wajirraa Barnoota keena dhufuun placement akka gutaan cimsinee isiin beeksisaana.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/asellaprivate
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕
share share share with your friends.

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

04 Oct, 04:01


#Kutaa_12ffaa

Akka Ministeerri Barnootaa beeksisee turetti torbee kana bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ni ifooma jedhamee eegama.

Haa ta'uyyuu malee Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ifoomeera jechuun miidiyaalee hawaasummaa adda addaa irratti odeeffannoo sobaa ballinaan ni tamsa'a.

Bu'aan qormaataa osoo hin ifoomin dura Ministeerri Barnootaa ibsa xiinxallii bal'aa qormaata kanaa ni kenna. Ibsa kana keessatti guyyaa fi sa’aatiin barattoonni bu’aa isaanii itti beekan ifatti ni ibsama. kanaaf oduu miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiruun hin burjaaja'inaa.

Akkuma yeroo hundaa odeeffannoo madda sirrii irraa yeroo dhageenyu dursinee isin beeksifna.

Bu'aa Gaarii Isiniif Hawwina!

Odeeffannoo hin mirkanoofne waliif qooduu irraa of qusadhaa

♻️Hiriyoota keessaniif share gochuun waliin gahaa!

🎉HAWAASA GUDDAA, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡MIIDIYAA📡
⊰━━━━━━━━━━⊱
@GAADDISA_SABAA1
@GAADDISA_SABAA1
@GAADDISA_SABAA1
⊰━━━━━━━━━━⊱
#LIKE          #SHARE ♻️

💬YAADA💬
@YaadafiqeeqaGSbot

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

03 Oct, 19:30


#Kutaa_12ffaa

Hojjetaan Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa tokko qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015f waraqaa deebii 33 dhoksee galma sirreeffama qormaataa seenuuf jedhaa ture himatame.

Hordoffii taasifameen Hojjetaan Tajaajila Madaallii barnootaa fi Qormaataa "waraqaa deebii" dhoksee galma mana qormaata sororsaa seenuuf yaale  malaammaltummaan himatame.

Himatamaan Yidnaqaachew Tekolaa jedhamu galmeen kun kan irratti baname Dhaddacha Dirqama Yakkoota Malaammaltummaa Mana Murtii Ol'aanaa Federaalaatiin.

Akka himata irratti ibsametti himatamaan kun, qormaata sororsuuf yeroof nama qacarame turedha.

Namni kun Dhaabbata Maxxansaa Birhaan fi Salaam keessatti waraqaa deebii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa barattoota 18 fuudhee akka ba'e himata irratti ibsameera.

Kana malees namni kun waraqaa deebii 33, kan alatti qopheeffame deebiin irratti guutame dhoksee osoo galma sororrii galchuu qabamee jira.

Dabalataan, sakatta'iinsa mana jireenyaa himatamaa kanaa keessatti gaggeeffameen waraqaan deebii barattoota qormaata biyyoolessaa bara 2015 44 fi waraqaan deebii sobaa 10 argamuun abbaan alangaa tarree himannaa irratti dabaleera.

Haala kanaan himatamaan kun aangoo isaatti sirnaan ala fayyadamuudhaan yakka guddaa malaammaltummaan kan himatame yoo ta’u, dhaddacha irratti himannaan erga itti dhiyaatee booda gaaffii mirga wabii dhiyeessee jira.

Gaaffii mirga wabii himatamaa irratti abbaan alangaa wabiin kennamuu hin qabu jechuun falmeera.

Manni murtii falmii garee bitaa fi mirgaa erga qoratee booda  himatamaan kun himata irratti baname mormuuf ragaa yoo dhiheeffachuu dand'eef hanga onkoloolessa 8tti baallamni kennameeraaf.

Odeeffannoo kana kan qindeessine Faanaa Biroodkaastiing Koorporeeshinii irraati.

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

01 Oct, 14:37


👉Faayidaan Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa(1st Generation) seenuu maali? Miidhaan isaa hoo?

Faayidaa Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa seenuu Keessaa muraasni:-

👉 Muummee baay'een Yuunivarsitichatti waan argamuuf carraan Muummee isin barachuu barbaaddan argachuu guddaadha.

👉 Yuunivarsitiiwwan Dhaloota jalqabaa hedduun diinagdee garaa garaan waan of cimsaa jiraniif, haalli qulqullina nyaataa warreen kaan irra fooyyee qaba.

👉 Barnoota ga'aafi qulqullina qabu argachuu dandeessu.

👉 Meeshaalee baruuf, barsiisuuf barbaachisan guutuu waan qabaniif sirna baruuf barsiisuu irratti rakkoon hin mul'atu.

👉Miidhaan Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa seenuu hoo maali?

Miidhaadha jedhamuu baatus, barattoonni Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa seenanu, barattoota gahuumsa guddaa qaban qofa waan ta'eef, waldorgommii cimaa taasisuu isin gaafata.

Kana jechuun barataa giddu galeessaa taatanii Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa kan seentan yoo ta'e, Muummee isin barachuuf barbaaddan kan jirullee ta'us, carraan Muummee barachuu barbaaddan argachuu baay'ee xiqqaadha.

Barattoota Gahuumsa ga'aa qaban baay'inaan simachuun waan barsiisuuf, akkaataan kenniinsa qabxii ykn qormaanni itti qopheeffamu kan Yuunivarsitii biroo waliin walbira qabamee yeroo ilaalamu xiqqoo garaagarummaa qaba.


👉Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa(1st Generation) Warreen jedhaman isaan kami?

Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa warreen jedhaman isaan asii gadiiti:-

1.Yuunivarsitii Finfinnee
2 Yuunivarsitii Jimmaa
3.Yuunivarsitii Haramaayaa
4.Yuunivarsitii Hawaasaa
5.Yuunivarsitii Adaamaa/ASTU
6.Yuunivarsitii Arbaa Miinci
7.Yuunivarsitii Maqalee
8.Yuunivarsitii Gondar fi
9.Yuunivarsitii Baahir Daaridha.

👉Yeroo ammaa  Garaagarummaan Yuunivarsitii Mootummaatti barachuufi Dhuunfaan barachuu gidduu jiru maali? Qacarrii irratti Dhiibbaa ni qabaataa?

Garaagarummaan ilaalchaa, haalli qabxiin itti kennamuufi xiyyeeffannoo jiraachuu danda'a, garuu yeroo amma namni kamuu qacaramuu fi Ragaa barnootaa isaa fudhachuuf qormaata bahuumsaa dabarfachuu waan qabuuf garaagarummaan jira jedhamuun hin danda'amu.


👉Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaa dhuufaadhaan kaffalanii Yuunivarsitii Dhuunfaatti baratan qabxii darbiinsaa yoo galmeessan Yuunivarsitii Mootummaa Seenuu ni danda'uu?

Carraan Yuunivarsitii Mootummaa Seenuu Baay'ee xiqqaadha, sababiin isaas Yuunivarsitiin Mootummaa barattoota haaraa fi barattoota Sagantaa Fooyya'iinsaan Yuunivarsitichatti baratanii qabxii darbiinsaa galmeessaniif yeroo walfakkaataatti waamicha waan godhuuf, humna barattoota dhuufaan barataa turanii itti dabalachuu hin qabu jechuudha.

Carraan barattoonni dhuunfaan Sagantaa Fooyya'iinsaa Yuunivarsitii dhuunfaatti kaffalanii barataa turanii qabanu, qabxii darbiinsaa ni galmeessu yoo ta'e, Yuunivarsitii dhuunfaa barbaaddanitti filatanii barachuu danda'u.

♡   ❍ㅤ   ⎙       ⌲
ˡᶦᵏᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
Join ❒┃❏ Share
🔔
Unmute Channel

➡️ @MULATA_SABAA
@QUBEE_SHOW
♡            ☆☆☆                    ♡
♡ @MULATA_SABAA     ♡
♡             ◆◆◆                   ♡
💬YAADA💬 FI GAAFI QABDAN 📩 @Yadafiqeqamulataanqaba_bot

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

01 Oct, 14:35


#Kutaa_12ffaa

Bu'aan qormaata barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 yoom ifooma?

Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa firiin barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 dafee akka ifoomuuf hojjachaa jiraachuu fi firiin barattootaa haga xumura baatii Fulbaanaatti kan ibsamu ta'uu beeksisuun isaa ni yaadatama.

Firiin barattootaa dhiheenyatti akka ifa godhamu kan eegamu ta'us, manneen barnootaa garaagaraa irratti Unkii(Foormiin) Filannoo Yuunivarsitii guutamaa kan jiru ta'uu maddeen keenya nuuf gabaasaniiru.

Haalli kun haaluma duraan beekamee jiru ta'us, barattoota hedduutti bitaa galeera.

Osoo Firii keessan hin barin  Unka (Foormii) Filannoo Yuunivarsitii guuttanus, qabxiin seensa Yuunivarsitii eega ibsameen booda, barattoonni qabxii Yuunivarsitii isin seensisu galmeessitan Filannoo Yuunivarsitii irra deebiin kan gootan yookiin akka sirreeffattanuuf carraa lammaffaan isiniif kennama.

Yeroo ammaa barattoonni Filannoo Yuunivarsitii guutaa jirtan, qabxii galmeessuu dandeessan tilamaamuun of- eeggannoodhaan guutuu qabdu.

Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaan Yuunivarsitii garaagaraatti ramadatanii qabxii darbiinsaa galmeessitan, barattoota bara 2015 qormaata fudhachuun yeroo ammaa firii isaanii eeggataa jiran waliin kan mooraa seentan ta'a.

Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaa Dhuunfaadhaan kaffaltanii Yuunivarsitii Dhuunfaatti barataa turtan, qabxii darbiinsaa yoo galmeessitanis carraan Yuunivarsitii Mootummaa seenuu xiqqaa ta'us, Yuunivarsitii dhuunfaa barbaaddaniifi bakka barbaaddanitti barachuu akka dandeessan ibsameera.

Dhimma firii barattoota kutaa 12ffaa ilaachisee haga xumura Baatii Fulbaanaa kanatti kan gadhiifamu odeeffannoo jedhu malee wanti adda ba'e, hin jiru.

Kanaaf haga Ministeerri barnootaa ibsa dabalataa kennutti obsaan akka eeggattan gamanumaan isiniif dhaamna.

Odeeffannoo kana hiriyoota keessaniif qoodaa🙏

👇👇👇
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

... 📡MIIDIYAA📡
⊰━━━━━━⊱⊰━━━━━⊱
@GAADDISA_SABAA1
@GAADDISA_SABAA1
@GAADDISA_SABAA1
⊰━━━━━━⊱⊰━━━━━⊱
🧐THE BRIGHTEST MIND🧐
🎉Hawaasa guddaa, miidiyaa guddaatu nuuf mala
#like                  #share ♻️

💬YAADA💬
@YaadafiqeeqaGSbot

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

01 Oct, 13:38


For Gread 12 Students
#Repost
🗣University Magician Kan Kennan
🔵Addis Ababa University
🔵Jimma University
🔵Bahirdar University
🔵Gondar University
🔵Haramaya University
🔵Hawassa university
🔵Arsi university
🔵Arbaminch University
🔵Debre Markos University
🔵Debre Birhan University
🔵Dilla University
🔵Bule Hora university
🔵Madda WALAABUU university
🔵Ambo University
🔵Wallaggaa University
🔵Salaalee University
🔵Diredawa University
🔵Debre Tabor University
🔵Wollo University
🔵Jigjiga University
🔵Wolayita Sodo University
🔵Welkite University
🔵Inibara university
🔵wachamo university
🔵Worabe University
🔵Woldia University
▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

01 Oct, 13:38


Akkam

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

01 Oct, 13:38


For Gread 12 students 👇
#Repost

🌐Software የሚሰጡ ዩንቨርሲቲዎች

📶 Mekelle Universitiy
📶 Bahirdar Universitiy
📶 Debre-Markos Universitiy
📶 Wollo University
📶 Haremaya Universitiy
📶 Jimma Universitiy
📶 Bulehora Universitiy
📶 Jigjiga Universitiy
📶 Arbamich Universitiy
📶 Wachamo Universitiy
📶 Wolkite Universitiy
📶 Adis Ababa University
📶 AASTU not ASTU!
📶Dirre Dawa University
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

22 Jul, 17:19


Imaali baaratootaa keenyaa guyyaa 17/11/2015 A. L. I. Ta'u beektaanii akka of qopheesitaan.

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

20 Jul, 11:53


የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ከሐምሌ 19 ጀምሮ በከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ይሰጣል።

የተፈታኝ ተማሪዎች መብቶች፦

➭ ከፈተና ጥያቄ ውጪ ማንኛውንም ያልተረዳውን ነገር ጠይቆ የመረዳት መብት አላቸው።

➭ በዩኒቨርሲቲ ግቢ ውስጥ የምግብ፣ የህክምና አገልግሎት፣ የማደሪያ ክፍል፣ ፍራሽ እና ትራስ የማግኘት መብት አላቸው።

➭ ማንኛውም ተፈታኝ በዩኒቨርሲቲ ግቢ ውስጥ ያለውን የቤተ መፅሐፍት፣ የመጸዳጃ ቤቶች፣ የሻወር፣ የካፍቴሪያዎች፣ የሚኒ ሱፐር ማርኬቶች፣ የተለያዩ ሱቆች እንዲሁም የመናፈሻና መዝናኛ አገልግሎቶችን የመጠቀም መብት አላቸው።

➭ ዩኒቨርሲቲ ግቢ ውስጥ የጋራ የደህንነት ጥበቃ የማግኘት መብት አላቸው።

➭ በፈተና ሰዓት መፈተኛ ክፍል ገብቶ ብርሃናማ የመፈተኛ ቦታ፣ ወንበርና መፃፊያ ጠረጴዛ የማግኘት መብት አላቸው።

➭ ፈተና ከመጀመሩ አንድ ቀን ቀድሞ ስለፈተናው ገለጻ (ኦሬንቴሽን) የማግኘት መብት አላቸው።

የተፈታኝ ተማሪዎች ግዴታዎች፡-

➤ ማንኛውም ተፈታኝ በፈተና ማዕከልና መፈተኛ ክፍል አድሚሽን ካርድ ይዞ የመገኘት ግዴታ አለበት።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ ወደ ዩኒቨርሲቲ ሲመጣ የትምህርት ቤት ወይም የነዋሪነት መታወቂያ ይዞ መገኘት አለበት።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ ወደ ግቢ ከመግባቱ በፊትና ወደ መፈተኛ ክፍል ከመግባቱ በፊት ሙሉ አካላዊ ፍተሻ የመፈተሽ ግዴታ አለበት።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ በዩኒቨርሲቲ ግቢና በመፈተኛ ክፍል የተከለከሉ ዕቃዎችን መያዝ የለበትም።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ እርሳስ፣ ላጲስና የእርሳስ መቅረጫ ይዞ መገኘት አለበት።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ የፈተና ደንብን የማክበር ግዴታ አለበት።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ በፈተና ማዕከል/በመፈተኛ ክፍል ውስጥ የፈተና አስፈጻሚዎች የፈተና አስተዳደር ሥራን ውጤታማ ለማድረግና ሁኔታዎችን ለማመቻቸት የሚያደርጉትን ጥረት የመተባበር ግዴታ አለበት።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ ፈተና ከመጀመሩ በፊት መፈተኛ ክፍል የመገኘት ግዴታ አለበት።

➤ ተፈታኙ ፈተናው ሳይጠናቀቅ ከፈተና ክፍል የሚወጣ ከሆነ የፈተና ጥያቄ የያዘውን ቡኩሌት ለፈታኙ የማሰረከብ ግዴታ አለበት።

➤ ማንኛውም ተፈታኝ ወደተመደበበት ዩኒቨርሲቲ ሲመጣ አንሶላ፣ ብርድ ልብስ እና የትራስ ጨርቅ ይዞ የመምጣት ግዴታ አለበት።

ለተፈታኝ ተማሪዎች የተፈቀዱ ነገሮች፦

➣ አዲስ ወይም ቀድሞ ለመማር እና ለማጥናት ሲጠቀሙበት የነበሩ ማስተወሻ ደብተር፣ የትምህርት መፅሐፍ፣ መንፈሳዊ/ኃይማኖታዊ መፅሐፍት፣ ባዶ ወረቀት

➣ ደረቅ ምግቦች (ጩኮ፣ በሶ፣ ዳቦ ቆሎ፣ ቆሎ….)

➣ ገንዘብ (ብር)

➣ የልብስ ወይም የእጅ ቦርሳ፣ የግል ልብስ፣ ጫማ

➣ የግል ንጽህና መጠበቂያዎች (ሳሙና፣ ሞዴስ፣ የጥርስ ብሩሽ፣ የጥርስ ሳሙና፣ ፎጣ፣ ሶፍት፣ ሻምፖ፣ ኮንዲሽነር፣ ሎሽን፣ ቻፕስቲክ፣ የጸጉር ቅባት፣ የፊት ቅባት)

ለተፈታኝ ተማሪዎች የተከለከሉ ነገሮች፦

➣ ማንኛውንም ዓይነት የጦር መሣሪያ ይዞ መገኘት የተከለከለ ነው፡፡

➣ ማንኛውንም ዓይነት ስለት እና ሹልነት ያላቸውን ብረታ ብረቶችና ጠንካራ ፕላስትኮች ይዞ መገኘት የተከለከለ ነው።

➣ ማንኛውም ድምጽ የሚቀዳ፣ ፎቶ የሚያነሳ፣ ቪዲዮ የሚቀርጽ፣ ከቴሌ መስመርም ሆነ ከቴሌ መስመር ውጭ መልዕክት በዲጂታል መንገድ የሚሰጥ ወይም የሚቀበል የግል ዕቃ/መሳሪያ/የቴክኖሎጂ ውጤት፣ ስልክ፣ አይ-ፓድ፣ ታብሌት፣ ኮምፕዩተር፣ ላፕቶፕ፣ ስማርት ሰዓት፣ ማጂክ ብዕር/እስክሪብቶ፣ ማጂክ ኮት/ጃኬት እና ሌሎች ማንኛቸውም ፎቶ፣ ምስል እና ድምጽ የሚቀርጹ የኤሌክትሮኖክስ መሣሪያዎችን በዩኒቨርሲቲው ግቢ ውስጥም ሆነ ግቢ ዙሪያ ይዞ መገኘት ወይም መጠቀም የተከለከለ ነው፡፡

➣ በዩኒቨርሲቲ ግቢ ውስጥ ማንኛውንም ዓይነት የግል ፍላሽ ዲስክ፣ ሃርድ ዲስክ፣ ሲዲ፣ ሚሞሪ፣ ሚሞሪ ሪደር፣ ኦ-ቲጂ ኮንቨርተርና መሰል ዕቃዎችን ይዞ መገኘት ወይም መጠቀም የተከለከለ ነው፡፡

➣ ማንኛውም አደንዛዥ እጾች (ጫት፣ ሲጋራ፣ በሐኪም ማዘዣ የሌለው መድኃኒት)፣ ህክምና መስጫ መርፌ መያዝ ወይም መጠቀም የተከለከለ ነው፡፡

➣ ማንኛውም ዓይነት የአልኮል መጠጥ ይዞ መገኘት ወይም መጠቀም የተከለከለ ነው፡፡

➣ ማንኛውም ዓይነት የአንገት ሐብል፣ የጸጉር ጌጥ፣ የጆሮ ጌጥ፣ የጣት ቀለበት፣ የእጅ አንባር፣ አድርጎ ወይም ይዞ መገኘት የተከለከለ ነው፡፡ (ከልሙጥ የጋብቻ ቀለበት በስተቀር)

➣ ፈተና ከተጀመረ ከ30 ደቂቃ በኋላ ወደ ፈተና ክፍል መግባት እና ፈተናው ተጀምሮ 45 ደቂቃ ሳይሞላ ከፈተና ክፍል መውጣት የተከለከለ ነው፡፡

➣ ተፈታኙ ፈተናው ሳይጠናቀቅ ከፈተና ክፍል የሚወጣ ከሆነ የፈተና ጥያቄ የያዘውን ቡኩሌት ይዞ መውጣት ተከለከለ ነው፡፡

➣ በፈተና ሰዓት በመፈተኛ ክፍል ውስጥ ማስቲካ መያዝም ሆነ መጠቀም የተከለከለ ነው፡፡

➣ በዩኒቨርሲቲ ግቢ ውስጥ በግልም ሆነ በቡድን መጮህ ወይም በጣም ከፍተኛ ድምጽ ማሰማት የተከለከለ ነው፡፡
@EntranceHubEthiopia

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

19 Jul, 18:02


➤ Barataan qormaata kutaa 12ffaa fudhatu kamiyyuu gara Yuunivarsiitiitti yeroo dhufu ykn waraqaa eenyummaa mana barumsaa ykn kan gandaa qabatee dhufuu qaba.

➤ Barataan qormaata kana fudhatu kamiyyuu gara Mooraa Yuunivarsiitiitti seenuu isaatiin dura, akkasumas gara kutaa qormaataatti seenuu isaatiin dura guutummaatti sakatta'aamuuf dirqama qaba.
➤ Barataan qormaata kana fudhatu kamiyyuu wantoota kutaa qormaataa fi mooraa Yuunivarsiitii keessatti dhorkaman qabatee socho'uu hin qabu.

➤ Barataan qormaata kana fudhatu kamiyyuu Irsaasii, Laaphisii fi qartuu Irsaasii qabatee argamuu qaba.

➤ Barattoonni qormaata kana fudhatan kamiyyuu dirqama dambii qormaataaf bahe kabajuu qabu.

➤ Barataan qormaata kana fudhatu kamiyyuu wiirtuu qormaataa ykn kutaa qormaataa keessatti warreen qormaata raawwachiisan, hojii bulchiinsa qormaataa bu'aa qabeessa taasisuuf fi haalota garaa garaa mijeessuuf dhamaatii taasifamu deeggaruuf dirqama qabu.

➤ Barataan qormaata kana fudhatu kamiyyuu qormaanni jalqabuu isaatiin dura yeroodhaan kutaa qormaataatti dirqama argamuu qaba.

➤ Barataan qormaata kana fudhatu sa'aatii osoo hin gahiin kan bahu yoo ta'e buukleetii gaaffilee sana qabatan dirqama barsiisaa qorutti kennuu qaba.

➤ Barataan qormaata kana fudhatu kamiyyuu gara Yuunivarsiitii qormaataaf itti ramadameetti yeroo dhufu Ansoolaa, Uffata qorraa fi uffata biraatii qabatee dhufuuf dirqama qaba.

Barattoota Qormaata kutaa 12ffaa fudhataniif wantoota eeyyamaman

➣ Dabtara ykn yaadannoo haaraa ykn kan dura irraa qo'achaa turan, kitaabolee barnootaa, Kitaabolee Afuurawaa ykn Kitaabolee Amantaa, waraqaa duwwaa fi k.k.f qabatanii dhufuun ni danda'ama.

➣ Nyaata gogaa kanneen akka Cuukkoo, Akaayii, Bassoo fi k.k.f qabatanii deemuun ni danda'ama.

➣ Qarshii qabatanii deemuun ni danda'ama.

➣ Boorsaa uffataa ykn harkaa, uffata dhuunfaa, kophee fi k.k.f qabatanii deemuun ni danda'ama.

➣ Wantoota qulqullina dhuunfaa ittiin eeggattan kanneen akka Saamunaa, Buruushii ilkaanii, Saamunaa ilkaanii, fooxaa, sooftii, shaampoo, koondiishinarii, looshinii, chaappistiikii, dibata rifeensaa, dibata fuulaa fi k.k.f qabatanii deemuun ni danda'ama.

Wantoota Barattoota kutaa 12ffaa qormaata fudhataniif dhorkaman

➣ Meeshaalee waraanaa kamiyyuu qabatanii argamuun kan dhorkamedha.

➣ Wantoota qara qaban kamiyyuu, sibiloota garaa garaa fi pilaastikoota ciccimoo qabatanii argamuun dhorkaadha.

➣ Bu'aa Teeknooloojii ykn meeshaa sagalee waraabu, suuraa kaasu, viidiyoo waraabu, sara Teeleetiinis ta'e sarara teeleen ala karaa Dijitaalaa odeeffannoo kan kennu ykn kan fudhatu kamiyyuu kanneen akka Bilbila harkaa, eer paadii, taableetii, koompiitara, laaptooppii, sa'aatii ismaartii, fi k.k.f meeshaalee sagalee waraaban, kan suuraa kaasan fi kan viidiyoo waraaban meeshaalee elektirooniksii kamiyyuu mooraa Yuunivarsiitii keessatti fi naannoo mooraa Yuunivarsiitiitti qabatanii argamuu fi fayyadamuun dhorkaadha.

➣ Mooraa Yuunivarsiitii keessatti meeshaalee akka OTG, miimoorii, hard disk, CD, fileeshii fi kanneen kana fakkaatan qabatanii argamuu fi fayyadamuun dhorkaadha.

➣ Wantoota sammuu namaa hadoochan fi kanneen akka caatii, sigaaraa, qoricha sammuu namaa hadoochu, lilmoo wal'aansa ittiin kennan qabatanii argamuu fi fayyadamuun dhorkaadha.

➣ Dhugaatii Alkoolii kamiyyuu fayyadamuu fi qabatanii argamuun dhorkaadha.

➣ Faaya Mormaa, faaya rifeensaa, faaya gurraa, qubeelaa harkaa, faaya harkaa fi k.k.f godhatanii deemuu fi qabatanii argamuun dhorkaadha (qubeelaa cidhaatiin ala).

➣ Qormaanni erga jalqabe daqiiqaa 30 booda gara kutaa qormaataatti seenuun, qormaanni jalqabamee daqiiqaa 45 osoo hin guutiin kutaa qormaataatiin bahuun dhorkaadha.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@GAADDISA_SABAA1

Qabxii barattoota sagantaa reemiidiyaalii kan Yuunivarsiitiiwwan garaa garaa argachuuf channel keenya join fi share taasisaa!

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

18 Jul, 10:03


G12 የፈተና ፕሮግራም ይፋ  ሆኗል

🎒በዚህም  ለማህበራዊ ሳይንስ   ከ19/11/2015 _21/11/2015

Tuesday 
       ⌚️ ከ3:00-5:00 -- English
       ⌚️ ከ9:00-12:00 -- Maths

Wednesday
            ⌚️ ከ3:00-5:00--Aptitude
            ⌚️ ከ9:00-11:00--Geography

Thursday
            ⌚️ከ3:00-5:00 -- History
            ⌚️ከ9:00-11:00-- Civics


የ Natural ተማሪዎች 25/11/2015 _ 28/11/2015

Monday 
       ከ3:00 -5:00--English
       ከ9:00-12:00--Maths

Tuesday
      ከ3:00-5:00--- Aptitude
      ከ9:00-11:00-- Physics

Wednesday
      ከ3:00-5:30----Chemistry
      ከ9:00-11:00---Biology

Thursday--- 🧭ከ3:00-5:00--- Civics

በየመሀሉ የምሳ ሰአት እረፍት ይኖራል ለ 3 ሰአታት ያክል

Share share please🙏🙏
https://t.me/+5UtUmeE0OYAwOGU8
https://t.me/+5UtUmeE0OYAwOGU8

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

18 Jul, 09:56


Channel created