Biiroo Fayyaa Oromiyaa @biiroofayyaaoromiyaa Channel on Telegram

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

@biiroofayyaaoromiyaa


This is the official Telegram Page of the Oromia Regional Health Bureau (ORHB). ORHB's Vission to see health, Productive, and Prosperous people in Oromia.
๐ŸŒ http://www.orhb.gov.et/
๐Ÿ“ Government Official
โœ‰๏ธ 24341 Addis Ababa, Ethiopia
๐Ÿ“ž +251113717227

Biiroo Fayyaa Oromiyaa (English)

Are you interested in staying updated with the latest health information and initiatives in the Oromia region? Look no further than the official Telegram Page of the Oromia Regional Health Bureau (ORHB) - 'Biiroo Fayyaa Oromiyaa'. The ORHB is dedicated to promoting the health and well-being of the people in Oromia, with a vision to see a community that is not only healthy but also productive and prosperous. By following this Telegram channel, you will have access to important updates, news, and resources related to healthcare in the region. Stay informed about government health initiatives, public health campaigns, and tips for maintaining a healthy lifestyle. The ORHB is committed to ensuring that the people of Oromia have the resources and support they need to lead healthy and fulfilling lives. For more information, visit the ORHB website at http://www.orhb.gov.et/. You can also contact them directly at their office located in Addis Ababa, Ethiopia. Join the conversation and be a part of the movement towards a healthier Oromia. Stay connected, stay informed, and prioritize your health with 'Biiroo Fayyaa Oromiyaa' on Telegram.

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

06 Jan, 19:49


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

04 Jan, 17:51


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

19 Dec, 13:34


Miidhaa Koorniyaa Bu'uureffate Hambisuun Hirmaannaa Hawaasa Hundaa Gaafata. Mudde 10 bara 2016. Adaamaa
=================================/
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Guyyaa Rivaanii Adiii Kabajee jira.
Guyyaan Rivaanii adii akka addunyaa yeroo 33 fi akka biyyaa fi naannotti yeroo 19 ffaaf mata-duree 'Miidhan koorniyaa bu'uureffate kan kooti hin callisu' jedhuun kan kabajame ta'uu Hooggantuu Itti Aantuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa Sr. Tigiisti Tafarii saganticha irratti argamuun kasanii jiru.
Kaayyon kabaja guyyaa Rivaanii adii miidhaa koorniyaan wal qabatee mudatu hambisuuf hubannoo hawaasaa uumuun hirmaannaa cimsuu akka ta'e ibsanii jiru.
Miidhaan koorniyaa sarbama mirga namoomaa ta'ee miidhaa qaamaa, xiin-sammuu fi hawaas- diinadee waan dhaqabsiisuf, rakkoon kun akka hin muudanne ittisuu, namoota miidhan irra dhaqabeef kunuunsa taasisuu fi qaama rakkoo kana uume seeratti dhiyeessuu irratti xiyyeeffannaa guddaan hojjatamuu qaba jedhanii jiru.
Daayrektarri Idileessa Koriniyaa Dargaggoottaa fi Daa'immanii Biiroo Fayyaa Oromiyaa Sr. Salam Hasan gama isaanitiin miidhaan koorniyaa safuu, duudhaa fi aadaa hawaasaa kan cabsu waan ta'eef Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Abbootin Amantaa fi hawaasni bal'aan hirmaannaa irraa eegamu taasisuun miidhaa koorniyaan walqabatee muudatu ittisuu keessatti gahee irraa eegamu bahuu akka qaban dhaamanii jiru.

#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

19 Dec, 13:34


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

16 Dec, 16:54


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

01 Dec, 14:29


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

16 Nov, 11:54


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

16 Nov, 11:53


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

12 Nov, 03:42


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

09 Nov, 03:39


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

09 Nov, 03:39


Walgitiinsaa fi  qaqqabamaa kenna   tajaajilaa fayyaa milkeessuu irratti inshuraansiin fayyaa hawaasaa gumaacha ol'aanaa  taasisaa  jira. H/I/A biiroo fayyaa  Sr. Tigist Tafarii  
Onkololeessa /2017 Shaashamannee
=========================
Inshuraansiin fayyaa hawaasaa baasii xiqqaa waggaatti yeroo tokko kaffalamuun hawaasni tajaajila fayyaa akka argatuu fi   baasii   hin malleef akka hin saaxilamne taasisuun   gahee guddaa qabaachuu H/I/A biiroo   Sr. Tigist Tafarii ibsaniiru.
Kaayyoon gamaaggama raawwii inshuraansii fayyaa hawaasaa bara 2016 ciminoota jiran itti fufsiisuun dhimmoota xiyyeeffannoo addaan raawwatamuu qaban  karoora itti aanuu keessatti akka hojiirra oolaniif  marii geggeessuudha. 
Waltajjii kana irrrattis dhiyeessiin gabaasaa, qajeelfamaa fi  daawwannaan erga geggeeffame booda marii bal'aa   taasisuun kallattiin hojii kennameera.
I/G/W/Fayyaa, paartii, bulchaa fi qindeessitoonni IFH, godinaalee fi magaalotaa akkasumas daarektaroonni olaanoo inshuraansii fayyaa biyyolessaa saganticha irratti hirmaataniiru.

#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

03 Nov, 16:57


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

31 Oct, 06:06


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

30 Oct, 09:48


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

27 Oct, 19:38


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

27 Oct, 19:37


Naannoo Oromiyaatti Tajaajila Fayyaa Qaqqabamaa Taasisuu irratti Dhaabbileen Deeggartootaa Gumaachi isaani ol-aanaadha
==========================
Onkololeessa 16/2016/Adaamaa

Dhaabbatni Mitimootummaa Islaamik Riliif Itoophiyaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Waliin Taโ€™uun Naannichatti Sagantaa Tajaajila Fayyaa Foyyessuu fi Qaqqabamaa Gochuuf Deeggarsa Taasisaa Jiru Ifatti Eegalchiise.

H/I/A Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dr Tasfaayee Kabbabaw sagantaaleen deeggarsaa dhaabbata kanaan kennaman rakkoo tajaajila fayyaa furuun hawaasni buโ€™aa bahii malee tajaajila yaalaa dhiheenyatti akka argatuuf kenna tajaajila dhaabbilee fayyaa naannichaa guutuu taasisuu irratti gahee olโ€™aanaa akka bahatu ibsaniiru

Deeggarsi meshaalee yaalaa taasifaman galteewwan tajaajila fayyaa guutuu fi leenjii dandeettii itti fayyadamasaa ogeessota fayyaatiif kennuu akkasumas dhimmootni kenna tajaajila fayyaa fooyyessan kan biroos saganticha keessatti haammatamanii kan hojiirra oolan yammuu taโ€™u godinoota naannichaa 10 keessatti dhaabbilee fayyaa argaman 50f deeggarsi kun akka taasifamu dhaabbata Islaamik Riliif Itoophiyaatti qindeessaan piroojaktii Obbo Kadiir Musammaa himaniiru

Ittigaafatamtootni waajjiraalee, dhaabbilee fayyaa, ogeeyyii fi qooda fudhattoonni sagantaa eegalchisaa kana irratti argamaniiru.

#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

Biiroo Fayyaa Oromiyaa

25 Oct, 17:49


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

13,355

subscribers

501

photos

4

videos