VOA Afaan Oromoo @voa_afaan_oromo Channel on Telegram

VOA Afaan Oromoo

@voa_afaan_oromo


[VOA Afaan Oromoo irraa kan odeeffanneedha].

VOA Afaan Oromoo (Afaan Oromoo)

VOA Afaan Oromoo kan dhagefadhaa ta'uu danda'a. Kan itti fufee kanneen akka USA, Ummati American uumata Oromoo, Bara Amerikaa fi adda addaa Oromiya keessan kan hojjete. VOA Afaan Oromoo waa'ee hundatti dhihaattee, raayyaan ittiin dhageessuu dandda'u. Kan akka hin danda'u VOA Afaan Oromoo jaalala haaraa guredha. VOA Afaan Oromoo isa hin hanqeefnee si gargarameedha. Waa'ee waraanaatiin maqaa kanaa itti nagadhidha. Kanqaayee, digdamii nuuf wanna kana hundattii dha. Bartoota adda addaa Oromoo kanneen akka Finfinnee, Oromiyaa fi dura tokkoffaa ta'an VOA Afaan Oromoo qabduu danddeessuuf kan cumqunnee sirreeffadha. VOA Afaan Oromoo akka hin danda'u dubartoonni adda addaa jira kan taasise. Kan akka hin dhiibne VOA Afaan Oromoo yoo jiraattu fi maqaa dhihaaa jiru yoo dhiifama, dubbii amma itti ibsa. VOA Afaan Oromoo fi guyyaa tokko yoo dubbise, isaanuma dubbii itti hanqateera. Maqaa yoo dubbiste maqaa kanaaf maqaa yoo dubbistee cufa. VOA Afaan Oromoo haala jedhee waraanaatti gadi irraa dubbatee, akka hin dubbisu ta'uu qabna. VOAAfaanOromoo isa hin hanqiseefnee si gargarameedha.

VOA Afaan Oromoo

11 Jan, 03:35


Gujii fi Booranatti Maaltu Samiirra Balali’aa Ture?
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7933103.html

VOA Afaan Oromoo

11 Jan, 03:35


Ityoophiyaan Waggoottan 50 Boodaa Yeroo Jalqabaatiif Gabaa Aksiyoonaa Jimaataa Har'aa Jalqabdee Jirti
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7932592.html

VOA Afaan Oromoo

11 Jan, 03:35


Kanneen 450  Tahan Hojjetoonni Warshaa Sukkaaraa Finca’aa  Baatii Tokko Dura Hidhamanii, Ammallee Mana Murtiitti Hin Dhihaanne, Jedhame
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7932541.html

VOA Afaan Oromoo

11 Jan, 03:35


Magaalaa Shaggar Keessatti Manneen Qorichaa Moodeelaa Hawaasaa Rakkoo Hanqina Dawaa Haga Tokko Furuu Biiroon  Fayyaa Magaalichaa Ibse   
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7931272.html

VOA Afaan Oromoo

11 Jan, 03:35


Itiyoophiyaa Keessatti Gatii Boba'aarratti Daballiin Taasisame Jireenya Namootaa Miidhaa Jira Jedhan, Namoonni Sagaleen Ameerikaa Dubbise 
https://www.voaafaanoromoo.com/a/gatii-bobaaarratti-daballiin-taasisame-jireenya-namootaa-miidhaa-jira-jedhame/7931224.html

VOA Afaan Oromoo

11 Jan, 03:34


Doonaald Tiraamp Suluulaa Paanaamaa fi Griinlaand To’annoo Yunaayitid Isteetis Jala Oolchuu Yaada Jedhu Akka Hin Dhiisiin Dubbatan
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7930838.html

VOA Afaan Oromoo

11 Jan, 03:34


 Naannoo Itiyoophiyaa Kibbaa Godinaa Koree keessatti Haleellaa Hidhattoonni Raaw'atan, Jedhameen  Qonnaan Bultoonni Lama Du'uun Gabaasame 
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7929887.html

VOA Afaan Oromoo

22 Nov, 16:28


Bakka Gabaa Guddicha Markaatoo Keessatti Manneen Daldalaa Cufamuu Ilaalchisee Mormiin Itti Fufee Jira 
https://www.voaafaanoromoo.com/a/markaatoo-keessatti-manneen-daldalaa-cufamuu-ilaalchisee-mormiin-itti-fufe/7869515.html

VOA Afaan Oromoo

22 Nov, 16:27


Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa Gabaasaa Hojii Isaa Paarlaamaa Biyyattiif Dhiheessee Jira
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7869526.html

VOA Afaan Oromoo

22 Nov, 16:27


Seeneet Gizaachoo: Yeroon Dhaabatee Nama Hin Eegu, Itti Fayyadamuu Kootu  Milkiaa’inaan Na Ga’e
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7869577.html

VOA Afaan Oromoo

22 Nov, 16:27


Wixinee Fooyyessama Labsii Sabaa-himaa Itiyoopiyaarratti Qeeqa Guddaatu Dhiyaate
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7870826.html

VOA Afaan Oromoo

22 Nov, 16:26


Namoota 3 Magaalaa Holotaatii Mucaa Tokko Ukkaamsanii Fudhachuun Maallaqa Mliyoona Tokko Gaafatan, Jedhaman’rratti Adabbiin Hidhaa Murame  
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7870968.html

VOA Afaan Oromoo

22 Nov, 16:26


Naannoo Tigiraayitti Marsaa Jalqabatiin Loltoota Duranii Kuma 75 Hidhannoo Hikkachiisuu fi Gara Haaroomsaatti Seensisuun Jalqabame
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7872261.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:51


MM Abiyyi Hidhattoota Itiyoophiyaa Keessa Socho'an Waliin Ammayyuu Waliin Dubbiitti Jirra Jedhan 
https://www.voaafaanoromoo.com/a/abiyyi-hidhattoota-waliin-ammayyuu-waliin-dubbiitti-jirra-jedhan-/7847542.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:50


Naqamteetti Shamarreen Miidhaan Gudeeddii Irratti Raawwachuun Suur Sagaleen Ifa Bahe Keessaa Tokko Barnoota Adda Kutuu Dubbatte
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7847602.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:50


Abbbootiin Amantaa Ortoodoksii Tigraay Rakkoo Hogganoota ABUT Gidduu Furuuf  Obbo Geetaachoo fi Dr. Dabra Tsiyoon Akka Wal Argaan Godhan
https://www.voaafaanoromoo.com/a/abbbootiin-amantaa-ortoodoksii-tigraay-rakkoo-hogganoota-abut-gidduu-furuuf-hoggantoota-dubbisan/7847756.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:50


Ajjeechaa Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaa
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7851047.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:49


Muummichi Ministeera Itiyoophiyaa Qonna Ammayyaa fi Jijjiirama Qilleensaa Furuun Beela Ittisuun Furtuudha Jedhan
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7852322.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:49


Yunaaytid Isteetis Haallii Bulchiinsa Naannoo Amaara Keessaa Na yaaddeessa Jetti
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7852327.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:49


Filannoo Yuunayitid Isteetisi keessatti taasifamuuf haawwasni Oromoo Lammiilee Ameerikaa ta'an hirmaannaan qaban  maal fakaataa ?
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7853243.html

VOA Afaan Oromoo

06 Nov, 18:49


Injifachuu Doonaldi Tiramp Ilaalchisee Yaada Jiraattota Finfinnee Irraa VOA-n Dubbise
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7854062.html

VOA Afaan Oromoo

01 Nov, 07:21


Motummaan Somaaliyaa Akka Dippiloomaatiin Qoonsilaa Itiyoophiyaa Biyya Isaa Gad-lakkisanii Bahan Ajaje
https://www.voaafaanoromoo.com/a/somaaliyaan-dippiloomaatiin-itiyoophiyaa-biyya-isaa-gad-lakkisanii-bahan-ajaje/7844623.html

VOA Afaan Oromoo

01 Nov, 07:16


Godinaalee Oromiyaa Lolli Keessatti Geggeessamaa Jiru Keessatti Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Akka Addaan Ciccitu Dubbatu Jiraattonni
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7839475.html

VOA Afaan Oromoo

01 Nov, 07:16


Leebaanan Keessattti Balaliin Xayyaaraa Addaan Cituun Lammiwwan Ishee Baasuuf  Danqaa Ta’uu Itiyoophiyaan beeksiifte
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7842232.html

VOA Afaan Oromoo

01 Nov, 07:15


 Humnoota Mootummaa fi Hidhattoota Faannoo Giddutti Walitti Bu’iinsi Deebi’ee Ka’e Jedhu Jiraattonni
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7842251.html

VOA Afaan Oromoo

01 Nov, 07:15


Motummaan Somaaliyaa Akka Dippiloomaatiin Qoonsilaa Itiyoophiyaa Biyya Isaa Gad-lakkisanii Bahan Ajaje
https://www.voaafaanoromoo.com/a/somaaliyaan-dippiloomaatiin-itiyoophiyaa-biyya-isaa-gad-lakkisanii-bahan-ajaje/7844623.html

VOA Afaan Oromoo

01 Nov, 01:57


PAWS akkuma argitan guyyoota muraasa gidduutti Bot isaanii Verfied godhanii jiru.

Airdropii kana dhugaa jabeessaa hojjedhaa!

Eegaluuf: https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=9Ey38AaC

VOA Afaan Oromoo

07 Sep, 21:02


Yunaayitid Isteetis Hoogganoonni Adda Bilisummaa Oromoo Hidhaadhaa Gad Lakkifamuu Isaaniitti Gammaduu Ishee Ibsite
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7774479.html

VOA Afaan Oromoo

07 Sep, 21:00


Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7774493.html

VOA Afaan Oromoo

07 Sep, 21:00


Daangaan Itiyoophiyaa fi Sudaan Inni Gama Matammaan Jiru Sababaa Wal-waraansaan Akkuma Cufametti Jira, Jedhame
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7774532.html

VOA Afaan Oromoo

07 Sep, 20:58


Itiyoophiyaa fi Chaayinaan Maallaqoota Isaaniin Wal Irraa Bituu fi Walitti Gurguruuf Waliigalan
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7774573.html

VOA Afaan Oromoo

05 Sep, 11:42


X_empire

👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/empirebot/game?startapp=hero1087152512

Airdrop kana hojjataa jirtuu?
Yoo hojjataa jiraattani jabaadhaa warroonni hin jalqabne immoo jalqabaa project guddaadha September 30 list ta'a jedhanii himanii jirani guyyaa 25 tu hafe yoo jabaattanii hojjattani baayyee walitti qabattu waan ta'eef sirritti cimaa hojjadhaa
Liinkiin 👇
https://t.me/empirebot/game?startapp=hero1087152512
https://t.me/empirebot/game?startapp=hero1087152512

VOA Afaan Oromoo

03 Aug, 15:35


Rifoormiin Dinagee Haaraan Itiyoophiaan Ifoomsite Kan Sharafa Maallaqa Alaa Giddu-galeessa Godhate Hagam Rakkoo Biyyattii Fura?
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7724887.html

VOA Afaan Oromoo

03 Aug, 15:35


Wallaggaa Lixaa fi Qellem Wallaggaatti Tajaajilli Bilbilaa Addaan Cituun Rakkoo Fide
https://www.voaafaanoromoo.com/a/wallaggaa-lixaa-fi-qellem-wallaggaatti-tajaajilli-bilbilaa-addaan-cituu/7726422.html

VOA Afaan Oromoo

03 Aug, 15:34


Siifan Hasan: Injifannoo Olompikii Tookiyoo nan eeggadha, Maraatoonis nan fiiga
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7727471.html

VOA Afaan Oromoo

03 Aug, 15:34


Leenjii Hooggansaa Maandelala Waashingtan Geggeessamaa Turetti Dargaggoon Hirmaate Waa’ee Muuxannoo Isaa Maal Jedha?
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7727855.html

VOA Afaan Oromoo

03 Aug, 15:33


Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7727836.html

VOA Afaan Oromoo

03 Aug, 15:32


Muummichi Ministaraa Abiyyi Ahimad Gareelee Hidhattootaa Waliin Mariin Akka Geggeessamaa Jiru Dubbatan
https://www.voaafaanoromoo.com/a/7727820.html

VOA Afaan Oromoo

03 Aug, 15:31


https://www.voaafaanoromoo.com/a/7727901.html

VOA Afaan Oromoo

23 Jul, 16:21


Kabajamtoota hordoftoota keenya: channel kun odeeffannoo VOA Afaan Oromoo maarsariitii isaanii irraa asirratti oduuf odeeffannoo isiniif dhiheessa, jidduu jidduunis beeksisoota gara garaa asirratti waan maxxansinuuf yoo beeksisni isiniif ta'uu dhabes chanal keenya #leave hin godhinaa obsaan nu hordofaa isiniin jenna.

Waliif share gochuun nu gargaaraa

https://t.me/VOA_Afaan_Oromo

VOA Afaan Oromoo

22 Jul, 12:01


#AVACOIN

Guyyaa 8 qofti hafe!

July 30 list akka ta'uu himanii jiru


Task Avacoin hojjetaa jirtuu?
Yoo hojjetaa jirtan ta'e Taski haaraan ammas gad dhiifamee jira ammuma seenuun claim godhaa!


Kan hin jalqabnes ammuma jalqabaa task hojjedhaa

Hojicha Jalqabuuf👇👇tuqi👇

https://t.me/avagoldcoin_bot?start=55b307f605adddaf2f14

Liinkii kana 👉 @avagoldcoin tuquun Chaanalii avacoin join godhaa waan haaraa hordofaa