BBC News Afaan Oromoo @bbcafaanoromoo Channel on Telegram

BBC News Afaan Oromoo

@bbcafaanoromoo


Maddi Oduulee: BBC AFAAN OROMO

Maxxansa Public BBC Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbu miti, hubadhu.
Sababaa isaan Telegramaan odeeffannoo Maxxansaa hin turreef, Bara 2018 hundeesse.
↪️Yaada:@admiinii_bot

https://www.bbc.com/afaanoromoo

BBC News Afaan Oromoo (Afaan Oromoo)

BBC AFAAN OROMOO አርየቱና ኦዱኛ በቪዪቲያል ቴሌግራም ኃላፊነታችሁን ከማለቱ በሶስተኛ፡፡ ለሁሉም ኃላፊነታችሁን እዚህበሚለቅስበን ማለት በስኼሻ፡፡ በቸሌግራም ለረምስነኛ ሲሆኑት ልዩ ምላሽ እናንተን ለኃይልና ለሀገር አገራችን። ልዩነትን እና አዝናኝ አቅም የተካሄደባቸውን እይዘት ስብስቦ ነን፡፡ ይህን ስለሚያስበዋል በእግሮቻችን ከገንዋል አንድ መንገዶቻችን። ፍቅር ከአቶ ሮብ ፣ [[ለማስታወስ]](https://www.bbc.com/afaanoromoo)፣ [[ብርሃን]](https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo)

BBC News Afaan Oromoo

28 Jan, 08:50


Appiin DeepSeek Afaan Oromoo, Amaaraafi Tigriffaaf 'caalaa mijata' jedhame maaliidha? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

26 Jan, 18:19


Iji namaa boca kubbaa kan qabu yoo ta'u qaamni halluu gurraacha qabuu fi walakkaa ijaatti argamu- pupil jedhamu karaa ittiin ifi alaa gara qaama ijaa gara keessaa seenuudha. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

26 Jan, 18:18


Sambattan kanaa Tiraamp mootii Joordaan Abdullaahitti bilbiluun:"Akka kana caalaa fudhattaniin fedha, sababiin isaas yeroo ammaa kana guutummaa Gaazaa ilaalaan jira, rakkoo hamtuutu jira'' jedhan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Jan, 06:18


Xayyaarri pirezidaantin Ameerikaa qofti ittiin imalu kun Waayit Haawus Samiirra Jiru (the flying white House) jedhama. Biiroo pirezidaantii Waayit Haawus keessa wanti jiru hunduu xayyaara Air Force One keessas jira. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Jan, 06:17


Hogganaan Ameerikaa tokko kallattii mataasaanii baasuudhaan waan mootummaa federaalaa hojjatu kamiyyuu irratti dhiibbaa geessisu danda’a. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

20 Jan, 23:02


Miseensoonni mana maree bakka bu'oota ummataa jalqaba torban irratti seera gibira qabeenyaa haaraa irratti erga marii taasiseenii booda mormii afur fi namoota sagalee hin kenniine 10niin raggaasiseera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

20 Jan, 23:02


Doonlaad Tiraamp Filannoo Ameerikaa ji'a Sadaasaa darbe adeemsifame injifachuu hordofee Amajjii 20 yeroo Lammaffaaf masaraa 'Waayit Hawuus' galu. Amma marroo lammeessoof dhufuun isaa addunyaaf hiika akkamii qabaata? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

20 Jan, 10:49


Doonald Tiraamp teessoo pirezidaantummaa akkuma qabateen ajajawwan garaa garaa akka mallatteessu beeksise. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

20 Jan, 10:48


Waliigaltee dhukaasa dhaabuu booda miira Lammilee Filisxeem gara qe'ee isaanii deebi'aa jiran. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

20 Jan, 10:48


Itoophiyaan gaala miiliyoona torba tahu qabaachuun biyyoota addunyaa sadarkaa duraarra jiran keessaati jedha masariitiin Live Stock Data for Desions jedhamuufi odeeffannoo dhimma bineeldota. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

19 Jan, 09:08


Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti qaamoleen nageenyaa meeshaalee waraanaa dhukaasuun akkasumas uleedhaan jiraattotarratti miidhaa geessisuu kan himan jiraattonni, ammallee yaaddoo keessa jiraachuu BBCtti himan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

19 Jan, 09:08


Mootummoonni hedduun naannoo Gaanfa fi Baha Afrikaa mirga namoomaa bu'uuraa ''ifatti tuffachuun'' qeeqxota isaanii humnaan akka callisan gochaa jiraachuu gabaasni Humaan Raayitis Wooch (HRW) beeksise. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

19 Jan, 09:07


TikTookiin US'tti toora intarneetirraa kan kaafame seerri haaraan miidiyaa hawaasaa kana dhorku hojiirra ooluuf sa'aatii muraasni wayita hafetti. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

18 Jan, 06:03


Miseensoonni mana maree bakka bu'oota ummataa jalqaba torban irratti seera gibira qabeenyaa haaraa irratti erga marii taasiseenii booda mormii afur fi namoota sagalee hin kenniine 10niin raggaasiseera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

14 Jan, 04:52


Balaa abidda hamaa kutaa biyya Ameerikaa Loos Anjalas guyyootaaf hubaa jiruun hanga yoonaa lubbuun namoota 24 darbuufi 24 ammoo achi buuteen dhabamuu aangawootni himaniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

13 Jan, 05:48


Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad guyyaa 'seena-qabeessa' jedhan Jimaata Amajji 10, 2025 ture Gabaa Istookii Itoophiyaa kana ifatti kan jalqabsiisan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

13 Jan, 05:48


Waraanni Sudaan magaalaa ijoo baha biyyattiitti argamtu to'achuu hime, kunis lola humna hidhataa waliin waggaa lamaaf taasifamaa jiruun injifannoo isa guddaa dha. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

10 Jan, 18:16


Kamisa Amajjii 9, 2025 galgala naannoo sa'aatii tokkoon booda samii kibbba Itoophiyaa fi kaaba Keeniyaa irratti laboobni ibidda fakkaatu samii keessa yeroo adeemu waan hawaasni hedduun arguun miidiyaalee hawaasummaa irrattis haalan qoodamaa ture. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

09 Jan, 12:34


Itoophiyaatti daballiin gatii boba'aarratti taasifame galii lammiilen dhuunfan argatan wajjin yoo madaalamu baay'ee qaalii akka ta'e himu ogeessi diingadee. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

09 Jan, 12:33


Torbanoota muraasa darban keessaa Chaayinaatti suuraan namoonni hedduun maaskii kaawwatan miidiyaa hawaasaa irratti hospitaaloota keessatti mul'achuunsaanii weerara gara biraatuu ka'ee laata yaaddoo jedhu uumeera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

09 Jan, 12:33


Torban keessa saa'aatii hedduutu jiru, garuu saa'aatiin lama jireenya namaa jijjiiruu keessatti shoora guddaa qabaa jedhu qorattootni. Namoonni hedduun torbanitti sochii qaamaa hamma gorfamu raawwachuuf rakkatu. Garuu sochiin qaamaa hammi xiqqaanillee fayyaa namaaf bu'aa cimaa qaba. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

09 Jan, 12:32


Tibbana Itoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa kaan keessattis kirkirri lafaa mudachuun dhagahameera. Mee dhimmoonni kirkirri lafaa balaa du'a namootaa fi badii qabeenyaarra qaqabsiisuu danda'u murteessan jioo torba mee waliin haa ilaallu. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

07 Jan, 14:58


Shaashamanneerraa barnoota kutaa 11tti addaan kuttee Liibiyaatti kan godaante Nahiimaa Jamaal, wanbadootaan butamtee maallaqni itti gaafatamaa jira. Suuraafi viidiyoon Nahiimaa Jamaal yeroo dararamtu kan mul'isan yoo ta'u, maatiin ishee maallaqa gaafataman akka erganiif itti ergamaa turuu maatiin BBCtti himan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

07 Jan, 14:58


Chaayinaa naannoo gaarri heddummaatu Tibet keessatti kirkira lafaa Kibxata mudateen yoo xiqqate namoonni 95 du'anii 130 ammoo madaa'uu miidiyaan mootummaa Chaayinaa himeera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Jan, 14:29


Yeroo bulchiinsa Hayilasillaasee Itti aanaa ministeera Maallaqaa kan turanii fi bara Obbo Mallas ammoo paarlaamaa keessatti Afaan Oromootiin dubbachuun kan beekaman Obbo Bulchaa Dammaksaa dubaa'an boqatan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Jan, 14:29


Mootummaan Itoophiyaa ogeeyyii adda addaa iddoowwan balaan kirkira lafaa itti dhagahamee fi saaxilamoo ta'anitti bobbaasuu ibse. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Jan, 14:28


Ministirri Dhimma Alaa Somaaliilaand, Obbo Abdiiraahimaan Daahiin Adan, beekkamtii argachuuf waan dandeenyu hunda ni raawwanna ''garuu ammoo beekkamtii argachuuf jecha gara si'olitti hin imallu. Ummata keenyas hin miinu'' jedhan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Jan, 14:28


Godina shawaa kaabaa aanaa Yaayyaa Gullalleetti haleellaa hidhattoonni guyyaa Jimaata darbe raawwatan jedhameen hoggantoonni Godinaa sadii fi namoonni biroo waliin turan lama ajjeefaman. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

03 Jan, 17:19


Taateen amma mudate kuni abiddi lafa keessaa bahaa waan jiruuf jiraattota naannichaa irratti yaaddoo fi rifaatuu guddaa akka uume jiraataan BBC'n dubbise himan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

03 Jan, 17:19


Haa ta'u malee, Itoophiyaan waraana hangamii akka hirmaachistus ta'e dhimmoota dabalataarratti wanti ifatti dubbatame hin jiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

03 Jan, 17:18


Zaambiyaatti poolisiin dhugee machaa'uun shakkamtoota 13 mana hidhaatii gadhiise hidhame. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

02 Jan, 16:54


Ministiirri Ittisaa Itoophiaa Ayishaa Mohaammad Kamisa har'aa Somaaliyaa galuu Rooyitars gabaase.Ministira deetaa hajaa alaa Somaaliyaa, Alii Omaar eeruun Rooyitars akka gabaasetti Ministiirri Ittisaa Itoophiyaa Moqaadishoo galaniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

02 Jan, 16:54


Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa xalayaa mata duree ''dhiittaa mirgaa sababa amantiin hawaasa muslimaarra ga'aa jiru'' jedhuun barreessee Feesbuukii isaarratti maxxanse keessatti cunqursaa barattoota Tigraay kana balaaleffateera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

02 Jan, 09:26


Ji'a Fulbaanaa darbe irraa eegaluun kirkirri lafaa sadarkaa adda addaa qabu naannawa gaara Fantaallee fi Affaarittii mudachuun ta'ii irra deddeebiin gabaafamaa turedha. Kun hangam yaaddeessaa laata? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

02 Jan, 09:26


Waldaan Misooma Oromiyaa (WMO) kan ALI bara 1985 kufaatii sirna Dargii booda hundeeffame, amma maal irratti argama? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

02 Jan, 09:25


Yeroo tokko madda qaroominaa kan turte Sooriyaan yeroo ammaa fakkeenya waraana waliinii ta'uun addunyaarratti maqaanshee ka'a. Eessaa kaatee har'a geesse? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Dec, 06:08


Lamummaa biyyoota lamaa yeroo tokkotti (dual citizenship) qabaachuu dhimma ilaallaturratti biyyoonni seera addatti qabu.Biyyoonni Afrikaa lammummaa biyyoota lamaa yeroo tokkoti qabaachuu hin eeyyamne argaman gaditti tarreeffamaniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Dec, 06:08


Aanga'oonni Kooriyaa Kibbaa balaa xiyyaaraa biyyattii Dilbata darbe mudateen lubbuun namoota 179 erga darbe booda, qorannoon nageenyaa hatattamaa gaggeessaa jiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Dec, 06:08


Ji'a Fulbaanaa darbe irraa eegaluun kirkirri lafaa sadarkaa adda addaa qabu naannawa gaara Fantaallee fi Affaarittii mudachuun ta'ii irra deddeebiin gabaafamaa turedha. Kun hangam yaaddeessaa laata? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

30 Dec, 06:12


Mubaarak Jamaal umuriinsaa wagga 26. Koollejjii dhuunfaa magaalaa Shaashamanneetti argamu tokkootti gosa barnootaa Ikoonomiksii erga xumureen booda qormaata hin dabarre. Kanaafuu, hojjatee of geeddaruu hawwii qabuutu balaa dararaa kanaaf akka isa saaxile hima. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

29 Dec, 11:56


Pirezidantiin Masrii Abduul Fattaah Al-Siisiin waliigaltee Soomaliyaa fi Itoophiyaa jidduutti taasisamee ''itti dhiheenyaan hordofaa akka jiran'' dubbatan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

29 Dec, 11:55


Pirezidaantiin filatamaan Ameerikaa Doonaald Tiraamp, sagantaa viizaa hojjettoota ogummaa qaban gara US fidu irratti, waldhabdee hoggantoota teeknooloojii Eelan Maask fi Viveek Raamaaswami cinaa kan jiran fakkaatu. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Dec, 14:40


Daarektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr Teedroos Adihaanoom wayita Israa'el Yaman magaalaa Sana'aa keessatti buufata xiyyaaraa fi buufataalee humna ibsaa irratti raawwattu lubbuun ba'uunsaanii mirkana akka hin turre ibsan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Dec, 07:56


Ka'uumsi 'mormii dhimma soorataa' Yunivarsiiwwan keessatti uumame maali? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Dec, 07:56


Chaayinaan ijaarsa hidha aanniiisaa bishaanii addunyaa irratti isa guddaa ta'u ijaaruudhaaf raggaasifteei. Kunis hawaasaa Tibeet biratti yaaddoo buqqaatii kan umee yoo ta'u, Hindii fi Baanglaadeesh yaa'aa gara gadii keessatti ammoo yaaddoo dhiibbaa naannoo uumeera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Dec, 07:55


Azarbaajaan xiyyaarrishee osoo hin kufin dura 'giddu-galummaa alaatiin' Raashiyaa irratti rukutame jette. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Dec, 11:49


Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, Ergama Ce'umsa Somaaliyaa Gamtaa Afrikaa (ATMIS)n bakka bu'urratti sagalee kannuuf walitti qabameera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Dec, 11:49


Somaaliyaan handaara Galaana Diimaa qabdurraa Itoophiyaaf kenniteetti jedhamuun kan odeeffame soba ta'uu Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Ahmad Mu'allim Faqii ibsan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Dec, 05:46


Dr Kumalee Tolasaa jedhamti. Hakiima yaalii ijaati. Yeroo baay'ee, Dr Kumee jedhamuun waamamti. Maatiinshee barsiisota. Haatishee barsiistuu Fiiziksii fi Herreegaa jabduudha. Oggummaashee keessatti mudannoowwan hin dabanneefi kaan irratti BBC waliin turtii taasifte kunooti, dhiyaadhaa. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Dec, 05:46


Daareektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr Teediroos Adihaanoom, yeroo Israa'eel buufata xiyyaara Yaman haleeltuutti buufaticha keessa akka turan dubbatan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

26 Dec, 10:49


Jeequmsa siyaasaa bu'aa filannoo falmisiisaa ta'e mormuun taasifame dawoo godhachuun hidhamtoonni 1,500 ol mana hidhaa Mozaambiik keessaa miliqaniiru jedhe poolisiin. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

26 Dec, 10:49


Daawwannaan isaanii kuni erga Somaaliyaan Itoophiyaa waliin dhibdee waggaa tokkoof ture furuuf waliigaltee raawwattee booda kan jalqabaati. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

26 Dec, 05:50


Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa qaala'iinsi jireenyaa itti hammaateefi liqaan alaa itti baay’ate keessaa tokko. Mootummaan biyyattiin dinagdeen cimaa jirti jedhus hayyootni kana qeeqan jiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

25 Dec, 18:51


Bakkeewwan adda addaatti milishoonni nagaa eegsisuuf ramadaman badii raawwatuun ni komatamu. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

25 Dec, 18:50


Gareen lameenuu ''waliigaltee seena qabeessa'' Anakaaraa booda hariiroosaanii haaressuuf dhimmoota irratti xiyyeeffatanii hojjechuu qabanirratti waliigalaniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

25 Dec, 08:45


Maanguddoon umrii waggaa 88 Iwao Hakamata, bara 1968 du'i itti murame Fulbaana darbe bilisa jedhame. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

25 Dec, 08:44


Dhoohinsi gaara Fantaalleerratti uumame horsiise bultoota naannichatti qubatanii turan godaansise. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

24 Dec, 10:26


Pirezidantiin Faransaay Imaanu'el Maakroon Itoophiyaa karaa mariin ulaa galaanaa argachuuf carraaqqii taasistu akka deeggaran dubbatan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

23 Dec, 18:44


Waliigaltee Itoophiyaafi Somaaliyaan Ankaaraatti mallatteessan booda yeroo duraaf aanga'oonni Somaaliyaa Finfinneetti imaluu Moqaadishoon beeksifte. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

23 Dec, 05:25


Shamarree Fayyisee Obsaa Lixa Oromiyaatti dhalattee guddatte. Finfinnee kan dhufte carraa hojii argattee jiruu ofii fi maatishee fooyyessuuf ture. Haa ta’u malee, maallaqas harmee ishees dhabuu himti. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

22 Dec, 03:56


Afaan Oromoo Telegram channels.
___________________________________________
BBC NEWS : @bbcAfaanOromoo

FBC : @fbcAfaanOromo

VOA : @voaAfaanOromo

BBC News Afaan Oromoo

21 Dec, 06:09


Ministeerri barnootaa Itoophiyaa dhimmaa gulantaa Piroofeesarummaa guutuu kennuu dhorkuu ilaalchisee xalayaa akeekkachiisaa yeroo lama barreessillee dhimmicha hordofee barsiisota biraa komiin ka'aa jira. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Dec, 06:50


UK tti bara 2023 keessa maqaan jaalatamaa maatiin hedduun ijoollee isaaniif moggaasan Muhaammad ta'e. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Dec, 06:49


Garee hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo tibbana mootummaa wajjin waliigaluun araara buusan ilaalchisee jiraattonni yaadasaanii BBCf qoodaniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Dec, 06:48


Haleellaan kun garee hidhattoota Islaamaa ofiin jedhu- Hayat Tahrir al-Sham (HTS) jedhamuun raawwatame. Gartuun kuni garuu eenyu? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

05 Dec, 14:10


Qondaala Ministeera Nageenyaa Itoophiyaa kan turan Obbo Taayyee Danda'aa har'a waaree booda mana hidhaatii gadhiifamuun manatti galuu haati warraa isaanii aadde Sintaayyoo BBCtti himan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

05 Dec, 14:10


Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo bakkeewwan giddugaleessa Naannoo Oromiyaa gara garaatii meeshaa isaanii waliin bosonaatii galaa jiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Dec, 18:22


Angawaan duraanii mootummaa federaalaa Obbo Taayyee Danda’aa guyyaa har’aa mana hidhaa Qaallittiidhaa yeroo bahuuf jedhan balbalatti poolisoota federaalaan fuudhaman jedhan maatiin. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Dec, 18:22


Hidhattooti Waraana Bilisummaa Oromoo bakkeewwan giddugaleessa Naannoo Oromiyaa gara garaatii meeshaa isaanii waliin bosonaatii galuun gabaafame. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Dec, 09:28


Walga'ii Mana Maree Nageenyaa UN irratti Raashiyaa fi Ameerikaan lola Siiriyaa keessatti hammaateef wal himatan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Dec, 09:27


Pirezidantiin Kooriyaa Kibbaa tasa biyyi waraanaan akka bultuu labsuu booda muudama dhalateen murtee isaanii jijjiiran. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Dec, 09:27


Haleellaa hidhattoonni Faannoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keessatti ALI Wiixata Sadaasa 23, 2017 raawwataniin lammiileen nagaa shan ajjeefamuu jiraattonni fi angawaan aanichaa himan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

03 Dec, 04:48


Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa ALI Baatii Muddee Bara 2017 irraa eegalee Finfinnee keessatti maamiltoonni herreega baankii banuuf waraqaa eenyummaa dijiitaalaa "Fayda" jedhamu dhiyeessun dirqamaan akka ta'e ajaja kenne. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

01 Dec, 14:47


Mootummaan Naannoo Oromiyaa "Qondaaltota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin waliigalteen araaraa mallatteessine" jedhe. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

01 Dec, 14:46


Pirezidant Isaayyaas waa'ee waliigaltee Somaaliyaa,Masiriifi biyyisaanii Ertiraantaasifatan, Itoophiyaatti ammoo keessumaa haala nananoo Tigraay keessa jiru,akkasumas waa'ee pirezidantii haaraa Ameerikaa Doonaald Tiraamp dubbataniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

01 Dec, 05:53


Ummanni Salaale ‘waggaa sadii afuriif jireenyasaa dhabee, qe’eesaa cufee, baqatee, du’ee, ajjeefame” Weellisaa Dajanee Jaalataa : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

01 Dec, 05:52


Waggoota baayyeetiif, Sooriyaa keessatti Idilbiin dirree waraanaa taatee itti fufteetti. Bakki kun bakka finciltoonni ol aantummaa irratti qabanidha waan ta’eef humnoonni mootummaa Sooriyaa deebisee to’achuudhaaf yeroo yaalutti lolli ni hammata. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

01 Dec, 05:52


Waggoota kumaatamaaf ilmaan namaa walitti dhufanyii nyaata waliin nyaachaa tureera. Maaliif barbaachisaa ta’e – ammas maaliif duudhaa kana itti fufna? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

30 Nov, 07:47


Ertiraanonni Itoophiyaa, keessumaa Fifnifnnee jiran hidhaan jumlaa irratti gaggeeffamaa jiraachuu Ertiraanonni Finfinnee jiraatan BBC Tigirinyaa dubbise ibsan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

30 Nov, 07:46


Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacileetti namoonni haadha ijoollee sadii mukatti hidhanii akka reebamtu murteessanii fi miidhaa irraan gahan hidhaan adabaman. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

30 Nov, 07:46


Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shirkaatti hidhattoonni namoota sagal manaa fuudhanii lagatti ajjeesuu maatiifi jiraattonni BBC’tti himan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Nov, 07:50


Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa'el Libaanonitti taasiste, Gaazaattillee maalii f hin taasifamne? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Nov, 07:50


Barsiisonni miindaan jalaa cicciturraa kaasee dirqamaan baasii akka busan dirqisiifamaa jiraachuu kan dubbatan yoo ta’u, ‘maaliif’ jedhanii warri gaafatan ammoo reebichi, hidhamuufi hiraarfamuun akka isaan mudatu ibsaniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Nov, 10:09


Waraana Israa'elii fi Hizbullaa: Waa'ee waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa'eli fi Hizbullaah hanga yoonaa waan beeknu. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Nov, 10:08


Gartuun mirga namoomaaf falmu Aminastii Intarnaashinaal mootummaan Itoophiyaa dhaabbilee siviilii hawaasaa sadii cufuu isaa balaaleeffate. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

22 Nov, 09:39


Somaaliyaa; Waldhabdeen Mootummaa Federaalaa Somaaliyaa fi Jubaland gidduu jiru hammachuun yaaddoo uume : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

22 Nov, 09:39


Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Putin haleellaa humni waraanaa isaanii Baha Niiprootti Kamisa ganama raawwatan ''misaa'ela fageenya gidduugaleessaa haaraa'' fayyadamuunidha jedhan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

22 Nov, 07:02


Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Putin haleellaa humni waraanaa isaanii Baha Niiprootti Kamisa ganama raawwatan ''misaa'ela fageenya gidduugaleessaa haaraa'' fayyadamuunidha jedhan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 18:23


Mootummaan hidhattoota WBO waliin nagaa buusuuf qophii tahuu hima, WBO ammoo siyaasaaf jecha malee mootummaan nagaa buusuuf kutannoo hin qabu jechuun komata. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 18:22


Saleelaatti uummanni nagaa hidhattoota Faannoon haleelamuun haala rakkisaa keessa jiraachuu himan. Dubartoonni hedduun gudeedamaniiru jedhan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 18:21


Ameerikaa Laas Veegaasitti namni ganna 43 nama halkaniin manasaa keessa seene ofirraa ittisaa osoo jiruu gargaarsaaf 911 bilbilee poolisiima waammateen rukutamee lubbuun isaa darbe. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 18:21


''Dur dubartoonni waggaa 18 fa'itti laguu argu ture kunis jijjiiramni qaamaa irratti mul'atee waggaa sadiin boodadha.Amma garuu jijjiirama qaamaa arganii ji'a sadii fa'itti deebi'anii laguu argu,'' jechuun BBCtti himte. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 18:21


Bilbiloonni moobaayilaa jiruu idilee namoota biliyoonaan lakkaa'amanii geeddare. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

20 Nov, 05:02


Obbo Abdurraahimaan egeree waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaafi Somaalilaand mallatteessan irratti yoo gaafataman jecha dippiloomasii fayyadaman. Namni siyaasaa kuni garuu eenyu? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

19 Nov, 07:49


Filannoo pirezidantummaa Sadaasa 13 bara 2024 Somaaliilaandi gaggeessiteen kaadhimamaan paartii mormituu Abdirahaaman Mohaammad Abdullaahii Iroo injifachuu Komishiniin Filannoo Somaaliilaandi ibse. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

18 Nov, 19:09


Guyyaa har'aa gabaa guddaa magaalaa Finfinneetti argamu, Markaatootti, suuqiiwwan ''baay’ee'' cufamanii oolaniiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

18 Nov, 07:08


Pireezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan Yukireen misaayela fageenya dheeraa biyyattiin dhiyeessituuf Raashiyaatti akka dhukaastu yeroo jalqabaaf eeyyaman. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

18 Nov, 05:51


''Icciitii dha namatti hin himiin'' jedhee waan namni sitti hime kaanitti himuuf gunnamta moo qabattee turta? :
BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

16 Nov, 10:33


Ashaboon sooranni soorannu dhandhama gaarii akka qabaatu taasisa. Jireenya dhala namaafiis baay’ee barbaachisaadha. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

16 Nov, 10:32


Urjii furguggifamtuu ykn 'Meteor lights' jedhamu. Kutaalee US fi Kanaadaa keessatti halkan samii ibsaa bulan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

16 Nov, 10:32


Naannoo Kibba Itoophiyaa godina Geediyoo magaalaa Yirgaacaffeetti lafti awwaalchaa warra Musliimaa gariinsaa misooma kooridariif ni ka'a jedhamuun komii akka kaasee jiraattotaa fi walitti qabaan dhimmoota Islaamummaa magaalatti dubbatan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

16 Nov, 10:31


Mootummaan hidhattoota WBO waliin nagaa buusuuf qophii tahuu hima, WBO ammoo siyaasaaf jecha malee mootummaan nagaa buusuuf kutannoo hin qabu jechuun komata. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

16 Nov, 10:30


Xiinxalaa siyaasaa fi Miseensi KFO Jawaar mahaammad mootummaan Itoophiyaa nagaa buusuuf marii nagaa marsaa sadaffaatti deebi'uu qaba,'' jechuun Feesbuukii isaa irratti maxxanse. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

16 Nov, 10:30


Ministirri Muummee Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti manneen pilaastikiin ijaaramanii fi barandaa pilaastikaa akka dhorkamuu qaban dubbatan. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

14 Nov, 11:50


Afrikaan egeree ifaatti ce'uuf tokko ta'uu jedhan dura ta'aa Komishinii Gamtaa Afrikaaf dorgomaa kan jiran Raayilaa Odingaa. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

14 Nov, 11:50


Abbaan Gadaa Booranaa Kuraa Jaarsoo bara Gadaa isaanii xumuranii aangoo dabarsuuf qophiitti jiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

14 Nov, 11:50


Gaaffii pireezidantii Masrii Abdal Fattaa al-sisiin - kan Tiraamp ''abbaa irree anatti tolu dha,'' jechuun isa ibsaniin, qondaalli Faayinaansii Ameerikaa yeroosii marii dhimma laga Abbayyaa Masriifi Itoophiyaa irratti akka hojjetan muudaman. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

14 Nov, 11:48


Aanga'aan mootummaa Ameerikaa tokko dokumentii karoora Israa’el haleellaa haaloo bahu Iraan irratti raawwachuuf baafattee icciitiin qabame miliqsanii baasaniiru jedhamuun himataman. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

13 Nov, 14:00


Filannoo pirezidaantummaa Somaalilaand yeroo afraffaaf taasisaa jirtu kan yeroo kamuurraa adda. Itoophiyaanis yeroo kamuu caalaa itti dhiheenyaan hordofaa jirti. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

13 Nov, 14:00


Haleellaa misaa’elaa hidhattooti Huutii dooniiwwan waraanaa US irratti raawwatan qolachuu ministeerri ittisaa US (Pentaagon) beeksise. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

13 Nov, 13:59


Yakki suukkanneessaan ajjeechaa daa’ima waggaa afurii himatamtoonni afur qindoomuun raawwatan Godina Baalee Aanaa Harannaa Bulluq ganda Qumbii keessatti raawwatame. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

13 Nov, 13:59


Tarii yoo rafuu kaatu hirribni sin qabu yoo ta'e, fallisaa qalamaa fudhattee waraqaarratti tarreessuun fayidaa qaba jedhu ogeeyyiin. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

10 Nov, 07:43


Ministeerri Raayyaa Ittisaa Somaaliyaa waraanni Itoophiyaa ergama deeggarsaa fi nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa haaraan ala ta’u ifatti beeksise. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

10 Nov, 07:42


Godina Arsii Lixaatti kan argamuu fi iddoowwan bashannanaa turistoota biyya keessaa fi alaatiin filatamaa kan ture Haroon Laanganoo amma bakkeewwan maamiltoonni deemuuf sodaachuun gabaa dhabaa jiru ta’eera. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

08 Nov, 04:50


Tiraampi akka gara Waayit haawusitti deebi'ee godaantota miliyoonotaan biyyaa baasuuf qophii tahuu himeera. Dhimmi kun hammam yaadessaadha? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

07 Nov, 13:45


Doonald Tiraamp aangoo pirezidaantummaa UStti deebi'uunsaanii Itoophiyaaf carraa gaarii fidee akka dhufu himu xinxaaltonni. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Nov, 10:59


Miniteerri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad dabalatee gaggeessitoonni biyyoota hedduu ergaa baga gammaddee Doonald Tiraampiif ergaa jiru. Tiraamp filannoo Ameerikaa mo'achuu labsuusanii hordofee ergaan baga gammaddee gaggeessitota biyyoota garaa garaa irraa ergamaafii jira. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

06 Nov, 10:59


"Injifannoo ajaa'ibaa'! Pirezidantii kessan 45 fi 27 gootanii na filachuu keessaniif galatoomaa!" jechuun deeggartootatti dubbatan Doonaald Tiraamp. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

05 Nov, 04:12


Festivaala Shaa’olin Wushu Idil addunyaa 13ffaa biyyoonni 56 irratti hirmaatanfii Chaayinaatti adeemsifamerratti gareen biyyaalessaa Itoophiyaa meedaaliyaawwan meetii 2 fi maaldaa 4 argateera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

05 Nov, 04:12


Filannoon Ameerikaa kana irratti eenyu yoo injifatetu lammiile Itoophiyaaf fi mootummaa Itoophiyaaf irra wayya?Dimokraatota moo Rippaablikaanota ? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Nov, 18:03


Fiigichi gara Waayit Haawus xumura argachuuf guyyaa tokko qofatu hafe. Tiraampii fi Haaris gara isteetota murteesso deemuun duula isa dhumaa gaggeessaa jiru. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Nov, 08:58


Iraanifi Israa’el Baha Giddu Galeessatti biyyoota jajjaboo lama, garuu argaa walii jibbuun ija waliitti tufaniidha. Yeroo kaan arrabaan, yeroo kaan ammoo misaa'elaan wal-haleelu. Isa fageenyarraa walitti dhaadataniin alatti marsaa lama misaa'elaan wal-haleelaniiru. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Nov, 08:58


Ijoolleen Itoophiyaa shan dorgommii astiroonoomii Open World Astronomy Olympiad jedhamurratti hirmaatan badhaasa afur argachuun milkaa'aniiru. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

04 Nov, 08:58


Dhiirota hiyyeeyyii ta'an biratti carraan maseenummaa guddaa akka ta'e qorannoon mul'ise? lakkoofsa maseenummaa addunyaa yeroo gara yerootti dabalaa jiruus yaaddessaa ta'eera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

03 Nov, 11:14


Xayyaaronni waraanaa US gara Baha Giddu Galaatti erguuf jirtu kunneen B-52 strategic bombers, xayyaarota boba'aa qilleensarratti guutuf gargaaraniifi doonii galaanarraa haleeluf gargaaran fa'aa akka ta'e maddi oduu Rooyitars gabaase. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

03 Nov, 11:14


Namoonni hedduun barri jalqaba yunivarsiitii seenan yeroo adda ta’e jireenya isaanii keessatti hin dagatamne akka ta’etti yaadatu.Barri jalqabaa yunivarsiitii kun afaan Ingiliziitiin ‘Freshman’ jedhamuun beekama. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

02 Nov, 07:37


Waggoota afran darban jiraattonni Godiina Wallagga Bahaafi Godiina Horroo Guduruu Wallaggaa hidhattoota 'finxaaleyyii Amaarati' jedhamaniin yeroo garaa garaatti haleellaa raawwataa turan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

02 Nov, 07:36


Baqattuu Itoophiyaa hojjattuu mana keessaa turte gama 'onlaayiniin' barattee hanga dhabbilee gurguddoof hojjachuutti geesse. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

01 Nov, 10:26


Mikaa'el Yaadataa paartii warra gurraachaaf bakka hin kennu jedhamu Paartii Rippaablikaanirraa kaadhimamee bulchiinsa Meeriilaand bakka bu'uuf dorgomaa jira. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Oct, 12:59


Ministirri Muummee Itoiophiyaa Abiy Ahimad gaaffii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataarraa ka'eef deebii yoo kennan ejjennoon handaara galaanaa argachuuf qabatan boodatti kan deebi'u akka hin taane dubbatan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Oct, 12:58


Wal gahii paarlaamaa amma taa'amaa jiru irratti MM Abiy Ahimed gaaffii miseensota paarlaamaa irraa ka'aniif deebii kennaa jiru.''Biyyoota adunyaa irratti guddina dinagdee saffisaa galmeessan keessaa Itoophiyaan tokko. Kun Afrikaa irraa isa guddaadha. Biyyoota hedduu irraas kanaaf beekamtii argateetti. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Oct, 12:57


Kooriyaan Kaabaa bilastik misaa'elii ardii qaxxaamuru dhukaasuu Jaappaanifi Kooriyaan Kibbaa ibsan. Misaa'elli Kooriyaan Kaabaa dhukaaste kun bakka itti qiyyaafatame dhaqqabuuf daqiiqaa 86 imale jedhame. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Oct, 12:57


Gabaasni haaraan bara 2024 bahe ummatni biliyoona 1.1 ta'u addunyaa guutuutti hiyyummaa bifa adda addaan ibsamu keessa akka jiru, Itoophiyaanis biyyoota uummata hedduu hiyyumma akeessa jiraatu qabacahuun sadaffaa ta'uu beeksise. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Oct, 06:53


Mootummaan Kaanaadaa jijjirama imaammataa taasisuudhaan ''lakkoofsa ummataa guddisuu yeroodhaaf dhaabuudhaan'' baayyina lakkoofsa baqattootaa gara biyyattii akka seenan hayyamee haallaan hir'isuu beeksiiseera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Oct, 06:53


Abbaa Maccaa Abbaa Dagaa Abbaa Joobir jedhamu. Abbaan Maccaa Kiilolee jedhamuun beekamus. Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti dhalatan. Amma magaalaa Jimmaa jiraataa kan jiran yoo ta’u, umuriinsaanii ganna 96 ta’a. Attamiin birrii fe'anii mootii bira dhaquun harka qullaa galfamanii? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

31 Oct, 06:53


Filannoo pirezidaantii torban dhufu gaggeeffamu irratti lammiileen Ameerikaa erga sagalee isaanii kennanii booda, amma eenyu akka abdii addunyaati ofiin jedhu kana ilaaluuf eegaa jirti. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Oct, 07:59


Doonaald Tiraamp yeroo akka pirezidantii Ameerikaatti filatame tureetti Raashiyaa keessatti abdiifi gammachuu guddaan umamee ture. Amma garuu filatamu Tiraamp of eeggannoodhaan ilaalaa jiru. Maaliif laata? : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Oct, 07:57


Doktarri qoricha isiniif ajajee jidduutti dhaabdanii beektuu? Sa'aatii qoricha itti fudhachu qabdan hoo irra dabartanii beektuu? miidhaa haalli akkasii qabaachu malu irratti gorsa ogeessa fayyaa akkasiin qindeessineera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

28 Oct, 07:57


Kaamalaa Haariis fi Doonaald Tiraamp, lamaan isaaniiyyuu godaantota to’achuuf waadaa galaniiru, garuu bulchiinsi Ameerikaa tokko ammoo faallaa saanii ammalleen godaantota hedduu hawwachuuf yaalaa jirti. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Oct, 07:48


Bara 2024 qofa Itoophiyaa keessatti namoonni miiliyoona 6.1 dhibee busaan qabamanii 1,038 du’uu gabaasi miidiyaa mul’iseera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

27 Oct, 07:48


'Atis Nama chaartii’n dhaabbata hojii tola-ooltummaa irratti hundaa’uun hiriyoota sadii: Tashaalee Taammiruu, Lalisaa Abarraa fi Baayyisaa Gammachuu jedhamaniin waggaa afur dura namoota rakkina hamaa keessatti argaman, kanneen qaama miidhaman, ijoollee abbaa fi haadha hin qabnee fi namoota humna hin dhabne gargaaruuf hundaa’edha. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

26 Oct, 08:52


Israa'el Sambata barii keessa eegalee haleellaa qilleensaa Iraan keessatti raawwachuu akkuma eegalteen Tehiraan keessa dho'insi dhagahame. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

26 Oct, 08:52


Aangawoonni Itoophiyaa loltoonni Itoophiyaa Somaaliyaa keessatti ''aarsaa kaffaluu'' irra deddeebiin dubbatanis, tibbana yaadi kana mormu gama Somaaliyaatii dhagahameera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

24 Oct, 11:05


Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud Itoophiyaarraa kan hafe biyyoota Somaaliyaa keessaa loltoota nagaa eegsisan qaban kanneen akka Keeniyaa, Yugaandaa, Burundii fi Jibuutii torbee kana keessa daawwataniiru : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

24 Oct, 11:04


Pirezidantii Itti Aantuun US kan amma Dimokiraatota bakka buutee pirezidantummaaf dorgamaa jirtu Hariis ''Haalaa fi amalli akkasumas gochi Tiraamp hiika faashistii kan qabuudha,'' jette. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

24 Oct, 11:04


MM Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed Itoophiyaan bara 2029tti Waancaa Afrikaa keessummeesuuf qophii tahuu himan. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

24 Oct, 06:09


Dhagaan samii cabee samii keessaa bu'e yeroo jalqabaaf kan argame bara 2014 yoo tahu seenaa dhala namaa keessatti balaa suunaamii argamee hin beekne akka mudatu taasiseera. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

24 Oct, 06:08


Nama hin beekne karaa Fesbuukii waliin haasa'aa turuun gowwoomfatanii beektuu? Shamarreen tokko seenaa ishee qooddeetti. :
BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

22 Oct, 17:32


Pirezidant Putiin torbee kana keessa magaalaa Kazan keessatti dureewwan biyyoota 20 caalanii simateera.Aanga'oonni kunneen kora diinagdee biyyoota guddtaa jiranii jajjabeessu- Bricx summit irratti hirmaachuuf wayita gara Raashiyaa imalanittidha kan isaan Putiin wal argan. BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Oct, 11:18


Ameerikaan iccitii karoora Israa'el Iraan haleeluuf qabdu akkamitti miliqee akka bahe qoratan jira jette : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

21 Oct, 11:18


Waa’ee umurii ilaalchisee qoosaa hedduu dhageessaniittu ta’a. Baacoo yeroo tokko dhiyaate isin yaadachiisuun umurii sirrii himachuu dhiisuun hangam akka hawaasa keessatti baramaa ta’eefi ‘muka qoosaas ta’e’ isinitti himna. : BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 13:48


Daandiiwwan qilleensaa addunyaa filatamoo ta'an10 kam fa'i?

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58868379?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 13:48


‘Loltoonni Itoophiyaa karaa hunda nu haleelaa jiru’- TPLF

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58873647?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 03:42


Naannoon Uummatootta Kibba Lixa Itoophiyaa akka hundaa'uf sagaleen caalmaan sassaabame

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58832765?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 03:42


Ameerikaa erga Afgaanii baate yeroo jalqabaatiif mariifTaalibaan waliin teesse

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58860888?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 03:42


'Taayiwaan Chaayinaaf hinjilbeeffattu'- Pireezidantii Taayiwaan

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58860886?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 03:42


Itoophiyaatti namoota sababa COVID'n du'an kuma jaha ta'an keessaa kan talaalame tokko qofa

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58861865?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 03:42


Baqattoonni Itoophiyaa fi kaan Liibiyaa keessaatti guyyaa 10ffaf mormiirra jiru

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58857284?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

11 Oct, 03:42


Poolisiin Gu'atimaalaa baqattoota 126 konteenara gatamee keessaa baase

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58829182?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

09 Oct, 12:08


Waraana Tigraay: Naannoo Amaaraa bakka humnoonni TPLF to'atan keessatti haleellaan qilleensaa raawwachuun gabaafame

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58832764?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

09 Oct, 12:08


Ameerikaatti namtichi kanfaltii Covid argachuuf of ajjeesuu akkeesse hidhaan adabame

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58854728?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

09 Oct, 12:08


Waraana Tigraay: Tigraayitti qaala’insi meeshaalee bu’uuraa haalaan hammaate

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58845012?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

08 Oct, 07:04


Paarlaamaan EU waraana Tigraayiin walqabatee yaada murtee (resolution) haaraa raggaase

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58832761?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

08 Oct, 07:04


Haati seeraa torbaniif achi buuteen dhibe dhiyeenya magaalaa Hoolataatti reeffi ishee argame

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58837409?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

08 Oct, 07:03


Godina Booranaatti hongeen beeyilada 3,000 caalan ajjeese

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58833813?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

08 Oct, 07:03


Badhaasa Noobeelii Nagaa: Badhaafamtoota baayyee walfalmisisoo isaan jahan kanaa?

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58820362?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

07 Oct, 14:43


MM Abiy muudama aangoo mootummaa olaanoo kennan

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58829173?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

06 Oct, 14:10


Manni Maree Nageenyaa yeroo 10ffaaf dhimma Itoophiyaarratti mari'achuuf

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58809483?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA