BBC News Afaan Oromoo @bbc_new_afaan_oromoo Channel on Telegram

BBC News Afaan Oromoo

@bbc_new_afaan_oromoo


🌐 Oduu - BBC News Afaan Oromoo

BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa, waan isinitti dhagahamus nutti himaa. πŸ“©

BBC News Afaan Oromoo (Afaan Oromoo)

BBC News Afaan Oromoo ykn BBC News Oduu Afaan Oromoo, kanalaan afaan Ingiliziffaa afaan Oromoo akka ta’an bara baraan argamuun ni kuffisaa ture. BBC Afaan Oromoo kanala tokkoon Itiyoophiyaa, bara Afriikaa fi addunyaa irratti argamuun oduu, odeessa fi taateewwan haaraa argatuun dhaabbata. Kanalaan barri oduu keessan qabsoo bilisummaa Oromoo, hirribarraa, barnoota, raayyaa fi kanatti akka hedduminaan dura dhaabbatamee tasifamaa ture. BBC News Afaan Oromoo kanalichi yeroo mara waan haaraa jiru qopheessuuf gara keenya haala oo’a, isin hundaa’ee hin dhagahu. Kanalichi isinitti himaa odeessaafi taateewwanii argattu, hundumtuu hawwina. Haaluma kanaan kanala BBC News Afaan Oromoo qophaa’ee irratti kan kutamee fi kan hojjechuudhaan bakka barbaachisuuf dhiheessuf harka kennanii kanalichiisuuf dhaabbatan.

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 14:01


Mootummaan Naannoo Oromiyaa ajjeechaa suukaneessaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Darraatti raawwate balaaleffate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OS0b6Zw

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 14:01


Mootummaan hidhattoota WBO waliin nagaa buusuuf qophii tahuu hima, WBO ammoo siyaasaaf jecha malee mootummaan nagaa buusuuf kutannoo hin qabu jechuun komata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WtOnmga

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 14:01


Xiinxaltoonni hariiroon Chaayinaaf Ameerikaa yeroo Tiraamp dhufu akka malee raafama jedhanii yaadu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/M0eVivy

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 14:01


Bara 2015 A.L.I butamuun Tsaggaa Balaachoon namoota baayyee dheekkamsiisee ture. Eegasii addatti turtii BBC waliin taasifteeen haala itti butamteefi haala guyyoota sagal dabarsite akkasumas akkaataa gadhiifamterrattis waan haaraa dubbatte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KgLf3rY

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 14:00


Filannoo pirezidantummaa Sadaasa 13 bara 2024 Somaaliilaand gaggeessiteen kaadhimamaan paartii mormituu Abdirraahimaan Mohaammad Abdullaahii (Iroo) injifachuu Komishiniin Filannoo Somaaliilaandi ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8UAzxvO

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 14:00


Deetaa Ministeera Nagaa kan turanfii miseensi Caffee Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa, meeshaalee waaraanaa seeraan alaa mana jireenyaa isaaniitii argamaniiru jedhaman ilaalchisee himata irratti dhiyaate akka ofirraa ittisan manni murtii ajajuunsaa ni yaadatama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nXb5WFi

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 11:37


Saleelaatti uummanni nagaa hidhattoota Faannoon haleelamuun haala rakkisaa keessa jiraachuu himan. Dubartoonni hedduun gudeedamaniiru jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sAWat4m

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 08:33


Guyyoota muraasa darban keessatti bulchiinsi Pirezidantii Ameerikaa Joo Baayiden fi Raashiyaan tarkaanfii adda addaa ta'e - garuu waraana Yukireenirratti dhiibbaa uumu dabarsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EG4Wgwe

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 08:32


Ameerikaa Laas Veegaasitti namni ganna 43 nama halkaniin manasaa keessa seene ofirraa ittisaa osoo jiruu gargaarsaaf 911 bilbilee poolisiima waammateen rukutamee lubbuun isaa darbe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1wkbWEZ

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 08:32


Ameerikaatti magaalaan guddinaan lamaffaa taate Los Anjeles β€œdahoo godaantotaa” akka taate beeksifte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BzysCH4

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 06:48


''Dur dubartoonni waggaa 18 fa'itti laguu argu ture kunis jijjiiramni qaamaa irratti mul'atee waggaa sadiin boodadha.Amma garuu jijjiirama qaamaa arganii ji'a sadii fa'itti deebi'anii laguu argu,'' jechuun BBCtti himte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yVXYeLS

BBC News Afaan Oromoo

21 Nov, 06:48


Bilbiloonni moobaayilaa jiruu idilee namoota biliyoonaan lakkaa'amanii geeddare.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JucyvlG

BBC News Afaan Oromoo

20 Nov, 10:58


Daandiin Qilleensaa Itoopiyaa tibbana Afrikaatti jalqaba kan ta’e xiyyaara E350-1000 kampanii Airbus irraa fudhateera.Xiyyaarri kun xiyyaarota imaltoota deddeebisan keessaa namoota baayyee fe’uun warra sadarkaa tokkoffaarra jiran keessaati.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eLCuwfI

BBC News Afaan Oromoo

20 Nov, 10:58


Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii akka ibsetti, addunyaatti namoonni biliyoona 2.2 bishaan dhugaatii qulqulluu hin argatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/w89IdU4

BBC News Afaan Oromoo

20 Nov, 07:25


Tiraamp buufata ijaarsa SpaceX Biraawunsiviil-Teksaas keessatti argamu deemuun Elon Maask waliin yeroo xiyyaar-samiin 9rokkeetiin) kun furguggifamtu daawwataniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qLPsiph

BBC News Afaan Oromoo

20 Nov, 07:25


Obbo Abdurraahimaan egeree waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaafi Somaalilaand mallatteessan irratti yoo gaafataman jecha dippiloomasii fayyadaman. Namni siyaasaa kuni garuu eenyu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bc3iAFh

BBC News Afaan Oromoo

19 Nov, 15:54


Naannoo Tigraayitti bulchaan Godina Giddugalaa Obbo Salamoon Ma'aashoo ammatti namoota eenyummaan isaanii hin beekamneen ''yaaliin ajjeechaa'' irratti raawwatamuu dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xWEl9oY

BBC News Afaan Oromoo

19 Nov, 10:57


Taphattuun sarara duraa Cheelsii Saam Keerii fi jaalalleen ishee taphattuu West Haam taate Kiristii Mewis bara haaraa dhufutti daa'ima godhachuuf akka jedhan ibsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eDmGwbN

BBC News Afaan Oromoo

19 Nov, 10:57


Aaanaan Iroob Itoophiyaafi Ertiraan bara gita bittaa (kolonii) Xaaliyaanirraa kaasee naannawaa daangaatti argamu naaf mala jechuun gaaffii irratti kaasanidha.Yeroo waraanni TPLF fi mootummaa gidduutti jalqabetti waraana Itoophiyaa waliin hiriiruun kan lolaa turan loltoonni Ertiraa aanaa kana akka to’atan jiraattonni ni dubbatu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Z2xNqnQ

BBC News Afaan Oromoo

19 Nov, 10:56


Filannoo pirezidantummaa Sadaasa 13 bara 2024 Somaaliilaandi gaggeessiteen kaadhimamaan paartii mormituu Abdirahaaman Mohaammad Abdullaahii Iroo injifachuu Komishiniin Filannoo Somaaliilaandi ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4A5QW1f

13,039

subscribers

12

photos

2,452

videos