OMN Official @oromiamedia_network Channel on Telegram

OMN Official

@oromiamedia_network


Official Telegram Channel ®

Odeeffannoo Haarawaafi qabatamaa ta'e nu biraa argattu Share gochuun waliif dabarsaa

OMN Official (Afan Oromo)

OMN Official kanalee Telegram irratti hirmaataa qaba. Kanaleen kun, oromiamedia_network jedhu, erga Odeeffannoo Haarawaafi qabatamaa ta'e nu biraa argattu Share gochuun waliif dabarsaa. OMN jedhu mijaaji dura OMN (Oromia Media Network) jedhu, akkasumas waggoota 10 guutuu fi keenyaa ta'uun akka Abuuyyii wal qunnamtii cabuuf dabarsuuf jira. OMN, waggota barreessuu fi qopheessuu hin dandeessu. Kanumaaf, Oromiyaafi erga, sirbaafi wayita saba keenya kan qabuuf akka ta'e kanuma waan taheef OMN jedhu dabaruu dha. Kanaleen kun akka Gadaadhaa lammii fi barsiisaa nama gahuun barbaachisaa taasisuuf jira. OMN, amma mana murtiitti akka qopheessuudhaan dabalatee qophaawwanii Oromoo hundi akka ibsanii jiraachuu mala. Sabboonaa OMN jedhu barbaachisuuf 'OMN Official' jedhu kanaleen kun tan qaamaan reebichaa ta'e kabana jiraatu. Kanaafuu, qabsoon OMN jedhu akka miidiyaa turanii fi gama barattoota Oromoo irratti barreeffamee qabsooliin kan jiru ta'ee jira. Erga kanaleen kun qe'e gayaa akka Oromiaa fi OMN keessatti akka deebisuuf hin dandeenye jiru. OMN Official kanaleen kun hirmachuun muudaminaa fi sirreeffamaa haaromsamee ilaallatuun barbaachisa. Hiriyoota kan dhimma dhaabbachuu, sabboonaa kan dhamsu, akkasuma akkasumas ilmaan Oromo keessatti barbaachisa. OMN Official kanaleen kun, akka hubatuu fi qopheessuudhaan kabaja kana jiraatani. Kanaleen kun oggaa fi dhiira keenya guutummaatti akka dabalatee akka hin dandeenye qaba. Odeeffannoo Haarawaafi qabatamaa ta'e nu biraa argattu Share gochuun waliif dabarsaa qaba. Guutummaatti sabboonaa Oromoon kan hirmaata dabarsa ture taasifamuun barbachsiisa. OMN Official kanaleen Telegram irratti argattu Share gochuun mul'ata. Kanumaan kanaafuu, guutummaatti sabboonaa Oromoofi qabsoo Oromoo kan dhimma jiru qaba.

OMN Official

04 Feb, 20:25


Appn haaraan facebook lite connection tokko tokko kan sinniratti cufatu fi qarshii sin jalaa nyaatu mala filatamadha. Megabayiti 70 ykn kaardii qarshii Shanii qofaan saa'aati 24 App fayyadamsiisu danad'udha. isaa

OMN Official

09 Oct, 09:03


Dhibee ka'uu dadhabuu qaama saalaa qabduu?
  1. Rakkoo dafanii xumuruu ykn        dhangalaasuu.
2.Rakkoo qaamni saalaa dhaabbachuu diduu
3.hammi testestrone hir'achuu
4.xiqqaachuu qaama saalaa
5.jabinni yookiin furdinni qaama saalaa hir'achuu
NB: warreen dhibee sukkaaraa, dhiibbaa dhiigaa, dhibee onnee fi asmii qabdaniis rakkoo tokko malee fayyadamuu akka dandeessan yeroo isinii ibsinu gammachuu guddaani.
0979359368

OMN Official

09 Oct, 08:15


Dhibee ka'uu dadhabuu qaama saalaa qabduu?
1. Rakkoo dafanii xumuruu ykn dhangalaasuu.
2.Rakkoo qaamni saalaa dhaabbachuu diduu
3.hammi testestrone hir'achuu
4.xiqqaachuu qaama saalaa
5.jabinni yookiin furdinni qaama saalaa hir'achuu
NB: warreen dhibee sukkaaraa, dhiibbaa dhiigaa, dhibee onnee fi asmii qabdaniis rakkoo tokko malee fayyadamuu akka dandeessan yeroo isinii ibsinu gammachuu guddaani.
0979359368

OMN Official

30 Aug, 18:59


🅿️ Facebook Lite App
Size 6 MB

አዲሱ የ facebook lite app አንዳንድ ኮኔክሽን ለሚዘገይባችሁ እና 💵ገንዘብ ቶሎ ቶሎ ለሚበላችሁ የተሻለ አማራጭ ነው።በ70 ሜጋባይት ወይም በ 5ብር ካርድ ብቻ 24 ሰአት መጠቀም የሚያስችል አፕ ነዉ!
ይህን አዲሱን facebook app ይጠቀሙ ፤ ገንዘቦን ይቆጥቡ።

እናም ለወዳጅ ዘመዶዎ ሼር ያድርጉላቸው።

OMN Official

25 Jun, 19:24


Appn haaraan facebook lite connection tokko tokko kan sinniratti cufatu fi qarshii sin jalaa nyaatu mala filatamadha. Megabayiti 70 ykn kaardii qarshii Shanii qofaan saa'aati 24 App fayyadamsiisu danad'udha. isaa

OMN Official

21 Nov, 18:18


Appn haaraan facebook lite connection tokko tokko kan sinniratti cufatu fi qarshii sin jalaa nyaatu mala filatamadha. Megabayiti 70 ykn kaardii qarshii Shanii qofaan saa'aati 24 App fayyadamsiisu danad'udha. isaa

OMN Official

11 May, 10:55


Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa Muuftii Hajii Umar Idriis erga baga ayyaana Iidal Faxrii bara Hajiraa kuma 1 fi 442ffaan isin gahee jedhaniiru.

Erga isaaniitin ayyaanicha wantoota 13 raawwachuun kabajamuu akka qabu ibsun, keessaattu harka qalleeyyiin deeggaruun kajamuu qaba jedhaniiru.

Salaanni wayita gaggeeffamuu karaa nagaa raawwatamu qabas jedhaniiru.

Keessaattu yeroo ammaan kana wantoota gaarii hin taanee biyyattirratti muul’ataa jiruuf Rabbiin kadhachuu qabna jedhaniiru.

Ayyaanicha wayita kabajnu weerara vaayrasii koroonaarraa of eeguun, qajeelfamoonni ba’aan hojiirra ooluu akka qaban himaniiru.

Ayyaanni Iidaal Faxiir har’a galgala Addeessii yoo muul’atee, yoo hin muul’annee ammoo Kamisaa akka kabajamuu ibsaniiru.

Ayyaanichi akkuma kanaan duraa baranas addabaabaayitti akka kabajamuu himaniiru.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

27 Apr, 22:06


Baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis Shaashamannee gara Moyaaleetti imalchiifamaa ture to’annaa jala oole

Baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis Shaasahamannee gara Moyaaleetti imalchiifamaa ture to’annaa jala ooluu poolisiin godina Geediyoo aanaa Yirgaacaffee beeksiseera. Akka gabaasa EBCtti Ajaajaan olaanaa poolisii aanichaa Saajiin Taammiraat Mitikkuu akka himanitti, baalli sammuu namaa hadoochuu kun eeruu uummataa fi hordooffii poolisiitin to’annaa jala ooleera jedhan.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

27 Apr, 22:05


Boordichi liinkii barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo ittin galma’aan ifoomse

Boordiin Filannoo Biyyoolessaa barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo liinkii filannoof itti galma’aan ifoomseera. Barattoonni liinkii http://www.nebe.org.et/ovrs cuqaasuun filannoof galmaa’uu akka danda’aan boordichi ibseera.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

27 Apr, 22:05


Suuraan uffata seeraa Raayyaa Ittisaa uffatanii dhaabbilee amantaa wayita waaqeeffatan muul’ate qulqullaa’ee tarkaanfiin ni fudhatama jedhame

Uffata seeraa Raayyaa Ittisaa uffachuun dhaabbilee amantaan garaagaraa keessatti wayita waaqeeffatan suuraan muul’atu qulqullaa’ee tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Raayyaan Ittisaa beeksise. Raayyaan Ittisaa amantaa kamiiyyuurraa bilisaa fi walaba ta’uu daayreektarri Sabqunnamtiin Ummataa Raayyaa Ittisaa Konooneel Geetinat Adaanaan ibsaniiru.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

27 Apr, 22:05


Torban tokko keessatti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu too’atame

Torban tokko keessatti meeshaaleen Kontiroobaandii garaagaraa Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu too’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise. Eebila 7 -14,2013tti to’annoo fi hordoffii taasiifameen meeshaaleen garaagaraa Birrii miiliyoona 30 fi kuma dhibba 2 fi kuma 27 fi 549tti tilmaamamu to’atamuu ibsameera. Uffataleen, meeshaaleen Elektirooniksii, Qorichoonni, shaqaxaaleen nyaataa, Kosmootiiksii,

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

27 Apr, 22:05


Magaalaa Sabbataatti bilbiloonni gosa garagaraa kumni 4 ol seeran alaa daddabarfamaa turan to’annaa jala oolan

Magaalaa Sabbataatti bilbiloonni gosa garagaraa 4065 ol seeran alaa daddabarfamaa turan to’anna jala oolaniiru. Meeshaaleen kunneen eeruu uummataatin to’anna jala kan oolaan yoo ta’uu, bulchiinsa magaalaa Sabbataa bakka addaa Alamganaa jedhamee beekamutti to’atamaniiru. Bilbiloota kanneen malee “Ear Phone” 550, meeshaalee kutaalee qaama konkoolataatti galan hedduun to’aatamaniru.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

27 Apr, 22:05


Iraaqitti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbe

Iraaq magaalaa Guddoo Baagidaaditti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibidda qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbeera. Balaan ibiddaa kun ‘oxygen tank’ dho’uun  qaqqabbee jedhameera. Balaa kanaan lubbuun namoota 82 yoo darbu, 100 kan ta’aan ammoo mada’aniiru. Hospitaalichi sirna ittisa balaa ibiddaa dhabuun  ibiddichi aariitiin akka babal’atuuf haala mijataa uumeera jedhame.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

27 Apr, 22:05


Ayyaanoota Faasikaa fi Iid Aalfaxiriif Zayitiin nyaataa liitirri miliyoonni 2 ol gatii madaallawwaan hawaasaaf ni raabsama jedhame

Ayyaanoota Faasikaa fi Iid Aalfaxiriif Zayitiin nyaataa liitirri miliyoonni 2 ol gatii madaallawwaan hawaasaaf raabsamuuf qophaa’uu Ejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee beeksiise. Ayyaanoot Hiikaa fi Iid Aalfaxiir torbee dhufan kabajamaniif hawaasaaf meeshaaleen bu’uuraa fi oomishaaleen bu’aa Horii ga’aan gatii madaallawaan dhiyaachaa jiraachuu Daayreektarri olaanaan Ejansii Waldaalee Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee beeksisaniiru.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

26 Apr, 00:22


Iraaqitti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbe

Iraaq magaalaa Guddoo Baagidaaditti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibidda qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbeera. Balaan ibiddaa kun ‘oxygen tank’ dho’uun  qaqqabbee jedhameera. Balaa kanaan lubbuun namoota 82 yoo darbu, 100 kan ta’aan ammoo mada’aniiru. Hospitaalichi sirna ittisa balaa ibiddaa dhabuun  ibiddichi aariitiin akka babal’atuuf haala mijataa uumeera jedhame.

#Share
@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

26 Apr, 00:22


Ayyaanoota Faasikaa fi Iid Aalfaxiriif Zayitiin nyaataa liitirri miliyoonni 2 ol gatii madaallawwaan hawaasaaf ni raabsama jedhame

Ayyaanoota Faasikaa fi Iid Aalfaxiriif Zayitiin nyaataa liitirri miliyoonni 2 ol gatii madaallawwaan hawaasaaf raabsamuuf qophaa’uu Ejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee beeksiise. Ayyaanoot Hiikaa fi Iid Aalfaxiir torbee dhufan kabajamaniif hawaasaaf meeshaaleen bu’uuraa fi oomishaaleen bu’aa Horii ga’aan gatii madaallawaan dhiyaachaa jiraachuu Daayreektarri olaanaan Ejansii Waldaalee Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee beeksisaniiru.

#Share
@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

25 Apr, 00:43


Boordichi Finfinneetti buufataalee filannoo 32 dabalataan bane

Boordiin filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaan Finfinneetti buufataalee filannoo 32 dabalataan banuu beeksise. Magaalaa Finfinnee galmeen filattootaa hanga Eebla 29 dheerachuun kan yaadatamudha.

#Share
@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

25 Apr, 00:43


Kitaabnii eenyummaa seenaa Oromoo irratti xiyyeeffatuu Barreessaa Taaboor Waamiin barraa’e eebbifame

Kitaabnii eenyummaa seenaa Oromoo irratti xiyyeeffatuu Barreessaa Taaboor Waamiin barraa’e eebbifameera. Akka gabaasa OBNtti sirna eebba kitaabicharratti aanga’oonni olaanoo federaalaa fi naannoo dabalatee abbootii Gadaa fi keessummoonni argamaniiru. Kitaabichi fuula 684 kan qabu yoo ta’u, Seenaa Oromooratti baldhinaan akka xiyyeffatuu fi gama Siyaasaa fi diinagdeen gaheen Oromoon ijaarsa biyyaa kessatti qabu kan hammateedha.

@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

24 Apr, 00:53


Ityoophiyaannoonni 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyya deebi’an

Lammiileen Ityoophiyaa 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru. Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan daayreektara Jeneraa dhimmoota Qoonsilaa buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simachuu isaanii ragaan waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.

#FBC
#Share
@oromiamedia_network
@oromiamedia_network

OMN Official

24 Apr, 00:52


Shakkamaan ajjeechaa Haacaaluu ragaa ittisaa dhiyeesse, dhaddachi Jawaarfaa hin taa'amiin hafe.

Manni murtii Olaanaa Federaalaa namoota ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaatiin shakkaman keessaa ragaalee ittisaa Himatamaa Sadaffaa Abdii Alamaayyoo dhagahe.

Ajjeechaa Wellisaa Haacaaluu Hundeessaatiin shakkamee hidhaa kan ture himatamaa Sadaffaan Abdii Alamaayyoo manni murtii mirga wabii eegeefii wabii birrii kuma 10 tin bahuun isaa ni yaadatama.

Himatamaan kuni guyyaa har'aa Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa dhaddacha Farra Shororkaa fi yakkoota dhimma heeraa lammaffaa irratti argamuun ragaalee ittisaa lama dhiheefachuun jechi ragaalee ittisaa dhagahameera.

Yaada ragaaleen ittisaa himatamaa kanaa mana murtiitiif kennan irrattis abbootiin alangaa gaaffilee qaxxaamuraa gaafachuun wal falmii dheeraan taasifameera.

Falmiin kuni erga xumurameen boodas manni murtichaa gara murtii kennuutti deemuu isaatiin dura abbootii alangaa fi abukaatota himatamtootaa gidduutti wal falmiin afaanii taasifamuu qaba jechuun abbootiin alangaa mana murtii gaafataniiru.

Gaaffii abbootii alangaa kana abukaatonni himatamtootaas waan fudhataniif manni murtichaaa adeemsa himannaa waliigalaa hanga ammaa jiru irratti qaamolee lamaan gidduutti falmii afaanii akka godhamuuf Caamsaa 12, bara 2013 tti beellama qabateera.

Dhaddachi dhimma Jawaarfaa hin taa'amiin hafe?

Dhaddachi galmee Obbo Jawaarfaa Mana murtii Waliigalaa federaalaatti har'aaf beellamamee osoo hin taa'amin hafe.
Mana Murtii Waliigalaa Federaalaatti oliyyannoo kan dhiyeeffate.

Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa abbaa alangaafi himatamtoota wal falmisiisuf ture har'a ganamatti beellamee kan ture.

Haa ta'u malee sababa galmeewwan biroo hin xummuramneef galmeen Obbo Jawaarfaa namoota 24 waaree booda sa'aa saddeet irratti akka ilaallamuf abbootin seeraa himan.

Waaree booda sa'aa 8:00 irrattis abbootin seeraa abukaatoowwan himatamtootaa gara waajjiraatti waamun sababa rakkoo abbaa seeraa tokko mudaten dhaddachi galmee Obbo Jawaarfaa gara Ebla 20 bara 2013ti jijjiiramuusaa akka itti himan abukaatoowwan himatamtootaa keessaa tokko kan ta'an Obbo Dajanee Fiqaaduu BBCti himaniiru.

Gama biraatin hojjetaan Mana Sirreessaa Qaallittii gama 'plasma tv' dhaan himatamtoota mana sirreessaatii mana murtichaa waliin quunnamsiisaa turan Obbo Jawaarfaan "hin dhiyaannu" akka jedhanin abbootii seeraatti himaniiru.

Abukaatoon Obbo Jawaar Mahaammadfaa Obbo Dajanee Fiqaadus Obbo Jawaar Mahaammadfi namootni biroon galmee isaanii keessatti argaman qaamaan yoo ta'e malee gama televiziyoonaan /plasma tv/ dhaddacharratti hirmaachuuf fedhii akka hin qabne BBCti himaniiru.

Gama biraatin abbaan alangaa ragaaleensaa 146 eenyummaansaanii dhokfamee dhaddacha cufaan golgaa duuba ta'uun ragaa akka bahan Mana Murtii Olaanaa Federaalaatif iyyatee iyyannoonsaa kufaa ta'uunsaa ni yaadatama.

Maddi #BBC

#Share
@oromiamedia_network
@oromiamedia_network