𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ❤ ፍቅር @jireenya_jaalalaa Channel on Telegram

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

@jireenya_jaalalaa


😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ❤ ፍቅር 🔞 (Amharic)

ጅሬንያ ጃላላዓ። ሐዋል ❤ አሸባ፣ እና አሸባ። ገበበቡ፣ ሃመን፣ ትረፊትን ማወቅ የሚከተለው ቴሌግራም እናደጋለም በትምህርቱ። ጅሬንያ ጃላላ፡ እያለች። አይሳዩ። ነገር ግን። ያንን በጥቅስ የቀረቡት ሃብት። ለሁሉም ድምፅ የተዘንጋ።

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

18 Feb, 13:02


Isa:- Haadha ilmaan kooti naaf taata miti?

Ishee:- eyyeen Jetteen Ija isheetin imimaan buusa

Isa:- Tole, Amma manaa si eega waan jiraniif kottu haa Deemnuti.
😂😄🤣

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

17 Feb, 14:13


Fincaan garmalee na muddee akkaan fincaanuu barbaaduttii
Bishaaniif Dheebodhe Akkaan dhuguu barbaaduttiin si barbaada Yaa bareedduu too
❤️😍

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

14 Feb, 18:21


Hanga barbaadde narraa turtullee Amantaa gutuun kaniin ta'ee eegadhu suma qofa.......
••
••
°°°°° Yaa Hirriiba koo °°°°°
@Jireenya_Jaalalaa

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

14 Feb, 18:06


Kan #Like👍 siif godhe hundaan na Jaalata yeroo jatte, #Comment Kan siif godhe immoo ulfa si ba'achiise🤰jira jechuudhaka.😄

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

13 Feb, 04:55


🌅Jaalalleen kee yoo rakkate/rakkatte wajjin rakkadhu malee irraa hin fagaatin! 🤏🏿💔

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

11 Feb, 21:18


😉Dubartii si Jaalatte Mallattoolee Isheen Argisiiftu:-
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❤️ Waa'ee kee baay'ee yaaddofti.
❤️ Miira hinaaffatu irraa calaqqisa.
❤️ Jireenya dhuunfaa kee keessa galuu barbaaddi.
❤️ Yeroo ishii siif laatti.
❤️ Sirraa fagaachuu ni jibbiti.
❤️ Hariiroo keessan guddisaa deemti.
❤️ Si hoogganuu barbaaddi.
❤️ Waa'ee kee odeessiti.
❤️ Si kofalchiisuf ni dhamaati.
❤️ Waa'ee kee ni yayyaadatti.
❤️ Si ajaa'ibsiisuf ni yaalti.
❤️ Injifannoo kee ni kabajji.
❤️ Maatii ishiitin wal si barsiisti.

@Jireenya_Jaalalaa

𓆩ᥫ᭡Jireenya 𓆩♡𓆪Jaalalaa𓆪ᥫ᭡ Love ፍቅር

11 Feb, 20:41


Dubartiin uumama baayyisuuf uumamte dha.

Dubartiitti yoo jecha kennite isheen hima taasistee siif deebisti.
Yeroo hima itti kennitu immoo keeyyata taasistee siif deebisti.
Yeroo keeyyata itti kennite immoo kitaaba taasistee siif deebisti.
Yeroo dubartiidhaaf sanyii tokko kennite isheen immoo sanyii sana baayyistee daa'ima taasistee siif kenniti.
Yeroo mana ijaartee itti kennite isheen bareechitee jireenyaaf akka simatu taasisti.
Yeroo midhaan dheedhii itti kennitu nyaata bilchata taasistee siif deebisti.

Akkasuma faallaa kanaas baayyisuuf uumama addaa dha.

'Dubartiin akka 'incubator' dha.' Dr Myles Munroe

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

10 Feb, 15:49


Dhiironni tokko tokko immoo jirtu kan akkas jettanu isheenoo birrii jaallatti, nama birrii hin qabneef tole hin jettu jedhanii ittiin durboota hamattu.😄
Bukayo Sakan Kitaabasaa “you can change the trend” jedhu keessatti hamiin akkasii hamii hiyyeessi hiyyummaa isaa amanuu hin barbaadne tokko nama hamatu dha jedha.😊
Waanti an jechuu barbaade durbi tokko dhiira birrii qabu filaattee jaallachuun amala gadhee ta’uu hin danda’u. Dhiira jechuun mataa manaa erga ta’e Mallaqa, beekumsaa fi humna ittiin manasaa geggeessu qabachuu qaba😉
Kanaafuu situ dirqama dhamaa’ee Mallaqaa fi beekumsicha
Argachuu qaba malee isheen dhimma hiyyeessatti Heerumtee of hooqaa jiraachuuf hin qabdu!😊

Maaltu na galchee garuu😒

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

09 Feb, 18:17


Rakkoo dha ani ciisen ishee yaadaa jira ishiin ciistee nama biraa yaada jirti😁 shit😢

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

09 Feb, 18:12


Buchoon koo bakka homtuu hin jirretti na geessi naan jette jennaan kiisii koo keessa seeniin jedhe🤣🤣

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

09 Feb, 18:09


Namichatuu jedhanii mana dhugaati dhaqeetu utuu dhuguun jalqabiin dura booda nan irranfadhaa nagaan bulaa
jedhe jedhan😁🤣

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

09 Feb, 18:02


"Maaloo boossee nan boossisinkaa" jedhe namichi haadha mana reebee😔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

09 Feb, 18:01


Brother😁 shamarran dhiiraa itti boonuu malee dhiiraa itti boo'a oolu hin jaallatuu! Imimmaan Kee hin buusiin🥲😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 18:14


Nagaan naaf bulaa hundi keessanuu mee tap tap emoji😹harki .. ....

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 18:03


Yaa waaq booda gaafa fuunuuf durba halkan kurruuftu nurraa qabii😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 18:02


Durba gabaabduu yeroon argu fiigii irra utaali na jedha.😥🥱

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 17:53


Reaction keessan imoojidhaan gaafan ibsu...

😐An ☹️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 17:49


Abbaan manaa sareesa osoo fudhatee deemuuf kahuu....

Haadha manaa: Harree fudhattee Eessa deemta?

Abbaa manaa: kolfaa saree jechuu keetii?

Haadha manaa: Calli jedhi si miti sareettan dubbachaa jiraa.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 12:45


Chiikiin tokkoo yoo namni bayyee sii kolfe siin laadha naan jette...karamellaa😄

1000 💯 💯 🥶

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 12:19


Jaalalaan dheebodhe 🥺💔


@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Feb, 12:17


Karaa namni biroo baase irra hin deemnu jenneeti malee yoom fuudha walaalle.😂😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Feb, 20:49


. . 💚
🌷🥰 Nagaan Naaf Bulaa 🥰🌷

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Feb, 12:34


Akam jirtuu ummata jaalala 😍🫀❤️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Feb, 07:55


👱‍♀Haadha manaa - osoo du'ee sitti tolaa?

👨‍🦰Abbaa manaa - Lakki tasumaa; naaf jiraadhu!

👱‍♀Haadha manaa - Maaliif?

👨‍🦰Abbaa manaa - Gammachuu irraa kan ka'e ani akka hin duune sodaadheetan!

😁😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Feb, 18:00


━━━━━━━━━━━━
❗️  JOIN NOW  ❗️ 
━━━━━━━━━━━━

Thanks for our support 🙏 🙌 ❤️
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0

⚠️  AUTODELETED IN 48HRS ⚠️


✌️ Itti dhihaadhaa 😎 Itti Gammadaa!☝️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Feb, 12:52


Nan Yaadadha Intala furdoo
Tokkorra Jaalalii Utuu Nan
Qabin dura Nagaan Ture🥺

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Feb, 12:52


Durbaa gaafattee isheen si didde taanaan humnaan qabii godhiif 😁

Qubeellaa jedhe ani miira keessa bahaa🧐😂😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

27 Jan, 13:35


Ati single taatee comment post kee jalatti wal janajjananii gafaa wal fuudhan arguu caalaa wanti onnee namaa cabsu garuu hin jiru💔


Wal janajjanamee takkaa...

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Jan, 03:30


Jireenya jijjiirama qabu kan jedhamu:🔍Set point of departure and point of destination=Namni tokko utuu mana ijaaruu hin jalqabin mana ijaaruu danda'uu isaa beekuu qaba. Utuu asii hin ka'in achi (galma) gahuu nan danda'aa Jedhee of gaafachuu qaba.

Maximize Temporal Value=Wantoota jalqaba hojjatamuu qabanii fi salphaa ta'an itti yaadanii jalqabuu fi hojjachuun filatamaadha.💯

🔅🔆 @Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Jan, 22:59


Shamarran Yeroo nyaattu Yeroo dubbatullee mata martuu sirii miti bro hin shawaadamin😏😁😂🤣
😎

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Jan, 22:57


Akkuma jaalalli naa qabu dide hirribni illee naa qabu dide maaloodha!😊🥲🙈🥶

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Jan, 22:53


😭"Ati dhiira, dubara barbaaddeeti fuudhuu qabda malee callistee akka dubartiitti teessee 'carraan koo hamma dhufuu' jachaa hin ooliniitii ka'ii ishee siif taatu barbaadutti bobbahi"  naan ja'aamee, of irraanfadhee bar🥹

🥹🥹

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Jan, 22:52


"Jaarsaaf Jaartiin bishaan tokko irraa waraabamu" jedhan, kankoo tokko ergumaan ani irraa waraabame gadi naqamee laata odoo isheen hin waraabamin?😢

Eessa jirta maaloo🥹😅

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

22 Jan, 14:50


Yeroo baayyee namoonni gorsa jaalala siif kennan hundi single dha sababni isaas leenjisaan kubbaa miila dirree seene hin taphatu😁😂🙈

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

22 Jan, 14:37


Durbaa daree ofiitii jaalachuu jechuun gosa barnoota tokko ofumaan ofittii dabaluu jechuudha😌😌😁😁😂😭😢

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

22 Jan, 14:36


Seexanni gaafa mudii sitti qabattu chikii bilbila hin qabne si jaalachiifti😀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

21 Jan, 08:24


Yaaddee jirtaa sister?

Yeroo ati dureessa malee hin heerumu jettu ..obbolleessa kee isa hiyyeessa sanatti eenyutu heerumaree?🤔😳🙄

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

18 Jan, 04:38


Dubartiin maal akka isiin feetu yeroo takka takka ati dhiisii isiin mataan isiituu hin beeytu 😁😄😭😅😂🤣kuni uumama !

patience 🙌

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

16 Jan, 21:13


Rabbiif haa galatuu chiikii takka malee as geenye kana boodaas humaa hin taanu.😞

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

13 Jan, 07:01



🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹😍😍🌹🌹
🌹🌹😍😍😍🌹🌹
🌹🌹😍😍🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹
🌴
🌴
🌴 🍂
🍂🍂 🌴 🍂🍂
🍂🍂 🌴 🍂🍂
🍂🌴🍂
Anan Na Filachuuf Nama Biraa Waliin Wal Na Dorgommsista Tanan Nan Filaatin !

Jaalalli Dhugaan Hin Jiru Jechuu Keetin Dura Ofii Keeti Dhugaa Tahii !          
Jaalallii Dhugaan Eenyutu Duraa Akka Jaalaten Osoo Hin Taane ; Eenyutu Hangaa Dhumaatti Jaalateeni !

Jaalala Baru Kan Dandeessu Jaallachuudhan Qofa !

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

13 Jan, 06:50


Abdii: Tolaa uffata kee maaltu gube?
Tolaa: Bishaantu Gube

Abdii: maal akkamitti bishaan uffata guba?
Tolaa: Maaltu Gubaree?

Abdii: Ibiddatu Guba Malee
Tolaa: Akka ibiddi uffata gubu erga beektee, maalif na gaafattaree.

Eree like😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

11 Jan, 18:21


Bara 1990 moota keessa "durbummaan tureera" jedhan.🥺
Maaldhaa durbummaan immooy🧐
Kitaabaa History irraa Jiraa Jedhamee Yaadama😂🤝

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

11 Jan, 18:09


Onneen dhiirota blutooth dha.Onneen shamarranii garuu Wi-Fi dha password nama gaafata😄😄😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

11 Jan, 00:14


Dhiira kaayyoof siingiloome
Gadheen Durba dhabe Seeti 😜

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

09 Jan, 22:47


Poolisii shamaraa takkaan sin jalladhe jedhee itti himnaan ragaa nama sadii qopheessi nan jette😏

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Jan, 01:54


Scammer!!

Mucaan username isaa kanaa gaditti argitan kun hattuudha!! Report godhaa account irratti cufsiisnaa!!

🔗👉user 🤖

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Jan, 23:58


Biddeen bituu suuqii deemtee intala bareedduu suuqii keessatti yoo argitu...........

Biddeen kee bayyee gaariidha.....
Daabboon kee hoo akkam?? 😂😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

03 Jan, 23:59


Mucaa isa gowwaa reefuu fuudhee ari'e sanaan
Maaliif ariite gaafa jettuun
😂
😂
😂

Isheen maaliif qullaa koo na ilaalteree??😂😂😂😂😂😂

Rakkanne dhugaa 😄😄

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Jan, 01:19


😜Some people started the year single and they are ending it single. 😁😢😂

🎉 Happy New Year 2025! 🎉

@Jireenya_Jaalalaa ❤️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Jan, 00:57


" Ayi Dhiira Ammaa "ʲᵉᵗᵗᵉ ᵈᵘʳᵇⁱ

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Jan, 00:56


Ilma namaaf jette ilma namaa hin miidhin lachuu ilmuma namaatii.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

30 Dec, 21:20


Nama Ani jaalladhutu
si qofaa tahe malee
Namni na Jaallatu hedduudha.😐

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

30 Dec, 21:20


✓ Namni Ati Jaallattu
Gaafa Nama Biraa jaalatu
Arguun nama dhukkubsa 💔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

29 Dec, 00:58


🙊Qoyi Qoyi Dhirri Ethiopia durbummaa balleessuu malee hiyyummaa balleessuu hin beekuu moo? 😂😂

😂 Rakkanne isin waliin😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

29 Dec, 00:56


Rabbiin jaarti fincaaniif malee
dhiiraaf paantii hin baafanne
nuuf haa kennu😆😆

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

29 Dec, 00:56


Ana:Hi
Ishe: Hi bro
The end💔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

29 Dec, 00:55


Kumaatamni kufaa
Kumaatamni dhufaa
Jireenyi itti fufa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

27 Dec, 20:41


Siif nan guutaa wanta yaaddee….
Natti himadhu waan barbaaddee!

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

27 Dec, 20:41


Sin yaade ....♡

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

27 Dec, 20:31


Das jetta sin jaalladha.....♡

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

27 Dec, 20:31


Dirqama waan hunda isin hubachiisuu hin qabu, Osoon hin dubbatin nama na hubatun barbaada. ☺️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

26 Dec, 19:33


Warra si waliin kolfan dagachuu
dandeessa, garuu warra si waliin
boo'an yoomiyyuu hin dagattu.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

26 Dec, 18:35


Akka haati manaa koo na jibbitu kan ani bare...
Gaafa isheen na bira teessee daa'ima koo 💋 kissi gootuudha.😄😄

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

26 Dec, 18:35


Wanti bayyeen si boochisuu danda'a garuu kan akka heeruma.....

mucayyoo ollaa keessanii tan dhiirota hundaafuu garaa laaftuu kan si boochisu hin jiru 😂😂😂😂😂😂

😂Lafatti hafne buchookoo😂😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

26 Dec, 18:34


Yaada kee bifa diraamaattin agarsiisi.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

25 Dec, 17:43


Namni haadha manaa isaa seeraan bulchu kan biraa Akka dabalatu motummaan ni hayyamaafi.😄

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

25 Dec, 17:43


Dureessi dubartii bareedduu haa fuudhu nuyi ollaa isaa deemnee mana kireeffannaa jechaa jiru dhiironni 😜😜

Kanaaf fuuti badde edaa😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Dec, 20:32


"Si malee jiraadhee
Jiruun-koo Hin milkaa'u"

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Dec, 20:23


Hanga har'aatti chiikiin Tole na jette Beektu💔😭

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Dec, 20:23


Lubbu Koo Nan Jettee
jaalalan na moote
torbe oso hin guutin
muka gogaa na goote🤕

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Dec, 23:05


Sammuun Koo si qofa Yaaddi,
Onneen koo si qofa Jaallaatti.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Dec, 23:05


Nama wal jaallatu biratti diinni
guddaan Gabaabina yerooti 😉

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Dec, 23:05


Osoo ijji Afaan qabaatee dubbatee
Afaan waan dubbatu dhaba ture

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Dec, 23:05


Sobdee jaallachuun kee har’aaf gammachuu sitti fakkaata malee boriif cubbuudha .

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Dec, 14:57


Dhiiroonnii durba sodaattan garuu dhumni keessan akkam ta'a laata hin fuutumoo hin dhiistu?

Anas dabalatee😁😁 akkam taana laata?😭

Dhirota durba sodataniif share godhaa.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

23 Dec, 04:21


Miirakee to'àdĥu! Bilchinni nama tokko kan madaalamu dandeettii miirasaa to'achuuni. Miirakee to'achuu hin dandeessu taanaan gaabbii bara baraa keessa of buusta.

@Jireenya_jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

22 Dec, 20:08


Nammoonni baay'een nama isaan dhaggeefatu jaallatu. Ðhaggeeffachuun nama haasa'uutti miira gaarii uuma.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Dec, 03:18


Jaalalli Jaamadha Hin jedhamney Galgala
kana Narra Eejate darbe😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Dec, 03:18


Jaalalli dur jaamaadha jedhamaa.👏

Innii ammaa garuu manaa fi konkolaataa ilaaluu jalqabeeraa.😎

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Dec, 03:17


Baga gammaddee naan jedha.....


Jaalala isaa nyaata nama lagutu na qabaa jira🤗

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Dec, 18:06


Nama Sirraa fagaachuu barbaadu,
Dursii irraa Fagaadhu.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Dec, 18:06


Namoonni dafanii aaran yeroo baay'ee onneen isaanii qulqulluudha. Jaalalaanis dafanii kufu. Jaalala keessattis kan caalaatti miidhaman isaani. Haa ta'u malee, yeroo baay'ee miidhamanii miidhamanii erga jedhanii booda sababni miidhama isaanii dafanii aaruu ta'uu yoo baran obsa horachuu danda'u. Hunda caalaa, isaan hubachuun baay'ee barbaachisaadha!!!

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Dec, 18:06


Jaalala bitachuu hin dandeessu, garuu gatii guddaa kaffaltaafi.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Dec, 18:06


Warra si barbaadaniif jiraachuu qabda. Namoota amanamoo taʼan qofa wajjiin michuu taʼi. Warra sitti tolan waliin haasa'i. Warra si dinqisiifatanis galateeffadhu.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Dec, 13:39


Shammaran Yeroo Hi Sin Jennu Gaffii Jaalala Siniti fakkatu Nagaa kessanidhay😏

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

03 Dec, 13:17


Jaalalli jiraannan waanti hunduu namatti tola. 💯

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 18:25


Akka saayintistoonni jedhanitti namni tokko osoo hin fuudhin dura giddu galeessaan yoo xiqqaate yeroo 7 namoota biroo irraa jaalalaan qabamaa.

@Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 18:24


Roobert Mugaabee yeroo tokko akkas jechuun dubbatanii turan ⬇️⬇️

💫 Roobert Mugaabee | "Afriikaa keessatti Maatiin kee dhukkubsachuu kee kan baran gaafa ati nyaata nyaachu diddu qofadhaa" . 😕

@Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 18:24


✔️ Dr. Mehdi'n ogeessa baqaqsanii hodhuu waliigalaa biyya Iraaq ture. Bara 1995tti haadha isaaf yaala baqaqsanii hodhuu otuu hojjechaa jiruu haati isaa rakkoolee tokko tokko mudateen harka isaa irratti duute. Ergasii booda miidhaa sammuu isarra gahe irraa dandamachuu waan dadhabeef, daandii naannoo isaa irra naanna'ee, dallaa irratti "Haadhakoo dhiifama naaf godhi, baay'een si jaalladha, garuu si oolchuu hin dandeenye."  Jedhee barreessaa oola.

✔️ Sadarkaan haadha tokkoo hammam akka ta'e ofuma keessanii tilmaamaa, kanaaf warri haati keessan lubbuun jirtu akka gaariitti kunuunfadhaa!! 🙏🙏

Mee haadholiidhaaf takkaa ❤️❤️

@Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 17:01


Yeroo tokko tokko miira sitti dhagahameefii haala keessa jirtu
Dubbachuu irra calisuufii obsuun dawaa mana yaalaa Kam irraayyuu hin argamneedha.

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 13:50


✍️Dubartoonni Kooriyaa boca namummaa isaanii sirreeffachuuf jecha laaqana isaanii fal'aana sadi qofa nyaatanii deemu.Dubartoonni keenya immoo ittoo hojjatanii soogidda isaa hamma gahuu malu ilaaluuf fal'aana shan dhamdhamu.
✍️Dubartoonni ammaa kun dilbata ganama bataskaana deemanii yaa waaqa koo lubbuu koo sitti kennadheera jedhanii kadhatu.Jimaata halkan immoo lubbuu naaf deebisi jedhanii jilbeeffatanii kadhachaa bulu.
✍️Dubartoonni hojii shira xaxaa hojjachuuf yeroo yaadan Seexanoonni hojii isaanii dhiisaniitu taa'anii isaan dhaggeeffatu.Sababni isaa Seexanoonni iyyuu hojii shira xaxaa dubartoota irraa barachaa oolu.
✍️Dubartoonni tokko tokko lakkoofsa bilbila isaanii siif kennuu jaallatu.Sababni isaa sagalee waamicha (Ringtone) isaaniitiiniyyuu ni dannasu waan ta'eef.
✍️Isinumti yaa warra dhiirotaa! Osoo hamma gaaffii jaalaalaa
dubartootaaf dhiyeessaa ooltan calliftanii waaqa keessan kadhattanii yoona waaqayyoon kadhaa keessan dhaga'ee addunyaa kana qaata gara gennataatti jijjiire ture.
#Rooberti_Mugaabee
Share➬ 😹 @Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 03:17


Kitaabni kun qarshii miiliyoona 1n yoo gurgurame ittii xinnaataa???

Share➬ 😹 @Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 03:16


Boqonna 3😂🍻
Itti fufa🍻

😹 @Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 03:15


Maal adaadaa keetiif..... was personal 😂😂😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 03:14


Boqonna 2😂🍻
Itti fufa🍻
😹 @Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

01 Dec, 03:10


Boqonna 1ffa😂🍻

😹 @Jireenya_jaalalaa🫀

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

27 Nov, 17:36


Dhiifama hunda keessaa inni  baay’ee ulfaataa ta’e ofiif dhiifama gochuudha. Badiin kanaan dura hojjenne ofuma keenya akka komannu (ceephaanu) nu taasisa. "Animee balleesseera, bakkan yaade dhiisee bakkan hin yaannetti argameera, waanan gochuu qabu dhiisee waan hin malle raawwadheera" jennee of kommanna! Eeyyeen dur hundumti keenya dogoggora hedduu raawwannee turre ta'a; har'a garuu guyyaa haaraa waan ta'eef wanta darbe yaadannee yeroo keenya qisaasessuu utuu hin taane, muuxannoo fudhannee fuuldura keenyarratti hojjechuu qofa nu barbaachisa. Wanti utuu hin beekin hojjenne hundi kaleessa keenya akka dhabnu nu taasiseera. Har'a keenya garuu lammaffaa akka nu jalaa fudhatu goonee badii biraa akka hin daballe, kan darbe hundaaf dhiifama haa goonu!

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Nov, 02:07


Siif Jedhee addunyaa kana nan gubaa jedhe àduun yeroo ji'aa janajanu😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Nov, 02:05


Mee Maluma Dhabee
Namni Qabu ___❤️ 😭

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

19 Nov, 01:06


Baayyeen kun baayyee si miidha!

1. Baayyee yoo dubbatte, ni sobda

2. Baayyee yoo yaadde, ni dhiphatta

3. Baayyee yoo nama jala gugguufte, ni tuffatamta.

4. Baayyee tapha yoo baayyiste, namni si hin amanu.

5. Baayyee "make up" yoo dibatte, bareedina kee dhabda

6. Baayyee namarraa yoo eegde, ni aarta.

7.Baayyee yoo jaalatte, baayyee miidhamta.

👉Waan hundaanuu "Baayyee" hin tahin. Baayyeen kun baayyee si miidha.
#mindset

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

11 Nov, 20:09


Jaalalan qabameen jiraa jechuun Ingilifaan maal jedhama😏

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

10 Nov, 15:39


Utuu jaalallee dhabuun yakka tahee Kan lafa jalatti hidhamuu anaadha 😎
Anattii murtoo du'aatu murteffama ture💔🥵

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

10 Nov, 00:18


Durummayyu Araadaan
Jaalalaa malee Jaalallee
Hin qabu 🥹🫡

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Nov, 19:09


Seenaa dhugaa ✍️

Namtichi lammii Keeniyaa tokko yaalamuuf gara Hospitaala mootummaa deemee  'X-ray' erga ka'ee booda fayyummaa gaariirra kan jirtu bararii (ilbiisa) 🪳 tokko lapheesaa keessa akka jirtu itti himama.

Gara Singaapor imalee yaalamuu akka qabus itti himan.

Dhukkubsataan kunis gara biyya Singaapor deemee yeroo ilaalamu....Bararoon argamte sun lapheesaa keessa otoo hin taane  maashinii 'X-ray' kaasu sana keessatti kan argamtu ta'uusaa isa hubachiisu.😂

Keeniyaatti godaanuu laata 🤔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

07 Nov, 06:18


Qaamolee fi wantoota qaama kee irra jiran yoo gurgurte walumaa galatti qarshii miliyoona 45 ol ni baasu!!

Namoonni gurgurachuu barbaaddan keessaan na dubbisaa.😭😱

⚡️Join @Jireenya_jaalalaa 🔔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

06 Nov, 12:43


#reposted

Namichi umuriin 70 kun awrence ripple jedhama namichi kun yeroo tokko baankii saamee poolisiin amma dhufutti taa'ee eege ture. Poolisiin yeroo achi gahu ajaa'ibsiifate maaliif akkas goote jedhe yeroo gaafatamutti lola haadha manaa koo irra mana hidhaa keessa jiraachuu naaf wayya jedhee deebiseef. Sana booda mana murtiitti dhiyaatee manni murtiis haadha warraa isaa waliin mana keessa ji'a 6 akka turu itti murteesse 😂

⚡️Join @Jireenya_jaalalaa 🔔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

06 Nov, 12:38


❤️𝘕𝘢𝘮𝘯𝘪 g𝘢𝘢fa k𝘶𝘧𝘵𝘦 o𝘭 s𝘪 q𝘢𝘣𝘶 n𝘢𝘮𝘢 g𝘢𝘢𝘧𝘢 dhaabbattu s𝘪 baatu c𝘢𝘢𝘭𝘢 😍

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

05 Nov, 20:29


✌️Dhirri Tokko Jaalalan Qabamuf Second 24 itti fudhata Shamari tokko Jaalalan Qabamuf saa'ati 24 itti fudhata Jedha 🫣Sayinsin😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

04 Nov, 15:58


"Nama dhiphisee ilaaluu jechuun nama yommuu filannoon lama isaaf dhiyaatu lamaanuu isaa filatu jechuudha"

@Jireenya_jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

04 Nov, 15:42


Dur warri keenya "Salphoo soqolatte soqolaa gargaaru" jedhu, kanaaf sila intala soqolatte( qemis gabaabaa) wayii argeen gargaaruuf akkasaa wallaale...😜😂😂😂😂🤣😂😅😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

04 Nov, 15:42


#Doktora፡- ‹‹Akkami Sosochii Ispoortii ni Taasistaa?››

#Kormee፡- ‹‹Eeyyee sirritti! Guuyyaatti Kubbaa Miilaa; Puulii fi Tennisii nan taphadha.››
.
#Doktora፡- ‹‹ Baayyee dansaadha! Saniifuu mee guyyaatti Daqiiqaa meeqaaf ykn Saa'atii meeqaaf taphatta?››

#Kormee፡- ‹‹iiih! hanga Mobaayilli Chaarjii fixatutti inuman taphadha
🚥🚥🚥

Kan galeef only👍 😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

04 Nov, 15:34


Har'uma wal barree galgala card 25 naa guuti naan jette.gatii galmeetimoo😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

02 Nov, 18:27


Jennaan jennee malee🫣 dhiirri qallaan mootii dhiiraa hundaatti💪 #Liqimsii😬😬

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

02 Nov, 18:27


Hoteela fi shamarran nama
qarshii qabuttu seena😜

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

02 Nov, 18:20


Gaafa ati chiikii janajanuuf jette tele irraa qarshii liqeeffate ishiin immoo online cuftee raaftu caala maaltu nama gubbaa🥹🥹

@Jireenya_jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

02 Nov, 18:03


#Dubartii

Dubartiin haadha
Dubartiin obboleettiidha
Dubartiin haadha manaati

Umriin keessan nuuf haa dheeratu.

😘Dubartiin kabajamuu qabdi ,kunuunfamuu qabdi! ❤️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

02 Nov, 18:01


Mana Kitaabaa Keessati Barataan Tokko Kitaaba
Dubbisuuf Ol Seenee, Mucaa Durbaa Bareedduu
Tokko bira dhaqee "Si bira Taa'uu Nan Danda'aa"
Jedhe Intallis Sagalee Ishee Ol Kaaftee
"Maal, Na Wajjin Hin Ciiftuu Gaafa Jettu Xinnoo
Ishee Hin Qaanoftuu?" Ittiin Jette Namoonni
Mana Kitaabaa Keessa Jiran Hundi Isaanii
Gurbichatti Ija Babaasan innis Qaanii Dhaan Ofirra
Gad Taa'e, Erga Inni Gad Taa'ee Booda Gurra
Isaatti Jettee "Dhiifama Barattuu Xiin Sammuu
Sababan Ta'eef ijoollee Dhiiraa Qaanessuun Natti
Hin Cimu" Ittiin Jette.
Gurbichis Erga Itti Yaadee Booda Sagalee Isaa Ol
Kaasee "Maal, Halkan Guutuu Birrii 1500n Moo An
Barataa dha Birrii Amma Kanaan Si Bira Hin Bulu
" ittiin jedhe. Taraa Isaa isaa Namoonni Manicha
Keessa Jiran Intalatti Ija Babaasan Erga Isheen
Qaanoftee Booda Gurra isheetti Jedhee
"Dhiifama Barataa Seeraa Sababan Ta'eef Ijoollee
Durbaa Yakkamtuu Gochuun Natti Hin Cimu"
Jedheen jedhama.

Share➠ @Jireenya_jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

02 Nov, 17:45


😱😅🙊
"Raashiyaan Google irratti adabbii mallaqaa addunyaarra hin jirre dabarsite

Dissiiliyoona 20 jechuun mallaqa abbaa zeeroo 36 yoo ta'u, 20,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000 dha.

Mallaqni kun yeroo ammaa addunyaarra akka hin jirre himameera.
😁😁😁😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

02 Nov, 17:45


Qaala'iinsa jireenyaa kanaaf Maatiin ijoollee isaaniitti durba erganii jaalala qabsiisaanii akka nyaata isaan laguu gochuuf dha jedhamaa jiraa.... of eeggannoo taasiisaa!!

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

31 Oct, 19:54


#Mudannoo har'aa! 🥺

‼️ intalli tokko Facebook wal barre wayii Wal argina jennaanin deemaa ture. Akkuman manaa ba'een Bajaajii qabadhe. Bajaajii sana keessa intalli wayii turte. Anis dhaqee akkuman taa'en xiqqoo xiqqoo haasa'uu eegalle. Ergan nagaa gaafadhee eessa deemtaa jennaanin mucaa hiriyyaa durbakoo tokkon arguu deemaa jira naan jette. Kanuma keessa erga waanuma muraasa haasofnee namni bakka itti Wal dhibuu hin beekan jennee lakkoofsa bilbilaa wal jijjjiirre. Anis utuun bilbila gurra kootti hin qabatiin akkuman lakkoofsa ishee fudhadheen suuta lakkoofsichattin bilbile (check gochuuf).

Wayitan lakkoofsa isheen Amma naaf kenniteetti bilbiluu 'concact' bilbilaakoo keessaa maqaa intalan beellamee arguuf deemuu naa fide. Anis naasuu guddaadhan suuta yeroon fuulashee ilaalu xiqqoo xiqqoo natti fakkaatte. Edaa kan Facebook irraaf lafatti adda taateef malee ishuman beellamee arguuf deemutu isheedha. Isheenis isan itti bilbilaa ture hin argine. Bilbilan itti bilbilaa jiru ni cufte. Anis maaliif cufta kaasikaa bilbila ammaa jennaan "lakkii mucaa jiidhaa tokkotu callisee bilbilee na rakkisaam" naan jette 😿

Anuma bira teessee anumaan arrabsitee💔😭
Gidduutti asumatti naaf dhaabi jedheen Bajaajii irraa yeroon bu'uu hin jooriin qashtii koo mucaan jiidhaan ati arguuf deemtu anuma Isa gogaa kanaadha deebi'i gali jedheen sokke!

Yetabbatu! 🤣

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

31 Oct, 19:50


ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞 pinned «Torbee tokko dura fuudhee osoo hin tuqin abbaaf deebise. Hubattee........ Birri liqeeffadhee osoo hin tuqin deebise jechuu kooti😂😂 Sammuun waan biroo si yaadeem 🙈SI hubadhee jira😂»

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

31 Oct, 19:50


Torbee tokko dura fuudhee osoo hin tuqin abbaaf deebise.

Hubattee........

Birri liqeeffadhee osoo hin tuqin deebise jechuu kooti😂😂

Sammuun waan biroo si yaadeem 🙈SI hubadhee jira😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

31 Oct, 19:22


Jaartiin tiyya tan uf duraa Irbaata ishee nyaatte laataa😔?


Biyye nyaadhu ani jaarsi kee qorraan du'ee maaf turte natti😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

31 Oct, 19:22


Inni hamatus inni dhaggeeffatus tokkuma.Inni hamatu isaa shunkurtii (Qullubbii) muruudha. Inni dhaggeeffatu immoo isa irratti muramuudha. Narratti hin murtu jechuu danda'uu qabda.

#Prof.Miratuu_Shaanqoo
@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

30 Oct, 12:46


Warri kaan qarshii miliyoona biliyoona dhoksu ati last seen kee dhoksita😂😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

30 Oct, 12:46


Safaraa kenyaa durbaa bareedu argura mila bakar ware badee argu salphata😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

28 Oct, 20:19


Akka qorannoon jidduu kana bahe agarsiisutti, bara dhufu 2025 irraa jalqabee dubartoonni dhiirota caalaa, maashina Robootii waliin wal qunnamtii saalaa akka gaggeessuuf jiraatan ibsa.🙆‍♂️

Warroonni dhiiraa maal yaaddu🤭

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

26 Oct, 18:58


Eebba!!

Jaalalli isin hin qabin


guyyaa lamaan kana na qabee wantan tahe anatu beeka.😭😭

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

26 Oct, 18:58


Intalii Onneeko Si bira Nan Jette Kottu Fudhadhu Ani Mi'aa Nama Hin barbaduti 😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

25 Oct, 08:15


Project was one of the most important player on Mini-App market and only thing left - is listing 🕯Don’t miss this chance😎stay ahead of the game join SQUARD❗️ 

https://t.me/major/start?startapp=1116523567-946907482
⚠️  November list⚠️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Oct, 20:42


Intala tokko irraa Jaalalii Si'aa 10n Naa Qabee😭💔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

24 Oct, 20:42


Osoo Durbi kaayyoo qaba jettee Teettu


Dubartiin lamaa sadi heerumti🫣😁😁

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

22 Oct, 20:42


Ethiopia keessaatti bakki nuyi bilisaan argannu 😊

Iddoo awaalcha qofaa😢

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

22 Oct, 20:41


Hadhikoo Mucaa gaarii godhattee na guddiistee turte...



Anadha malee isin kolfisiisuuf kan baallage.😭

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

22 Oct, 20:39


Intala ani Jaaladhee Hogganan Gandaa kenyaa Gafatatee😭💔

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

20 Oct, 19:52


''Sin gammachiisa'' jedhee waadaa hin galu, 'sin miidhu' jedheen waadaa galallee malee. Yaaluu hin dhiisu, garuu furtuun gammachuu kee na harka hin jiru; si harka jira!😊

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

19 Oct, 23:18


Ciisnee warra oolla Dhaggeffachaa Jira😂

Yeroo wal reebanii😂

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

19 Oct, 23:18


Waan onneen irraanfachuu dadhabde, sammuun irra daddeebitee yaadataa oolti.

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

19 Oct, 23:10


Waa hundaaf deebii barbaaduufii, waan tahe hunda irratti gaafii baayyisuun jidduu nama wal jaalatuutti wal jibbuufii wal hifachuu guddisa.

Dhiira yoo taate! Dogongora xixiqqaa tokko tokko akka nama hin argineetti callistee irraa garagaluu baradhu.

Dhiirri hanguma Roga laafina isaa dubartii irraa dhooyfataa deemuuni isaan biratti sadarkaa dabalachaa deema.

Dubartii takka hanga feete gara laafummaafii gaarummaa isii hubattuus laafina kee irraa dhooyfachuuf yaali. Laafinni odoo dhooyfattuu sirraa mullatuufii laafinni ati salphumatti ittiin if ibsitu tokkoo miti. Yoo argan Illee oduma ati dhooyfattuu haa araganii👌
Dubartii yoo taate haadha manaa tahuudhaaf of leenjisimee. Dubartii akkanumatti jiraattu tan galmi isii heerumtee ilmoo argachuu ilmoo san immoo akka itti bashannansiistu qofa yaaddu tahe hin tahin. Atlist dubara waan takka ilmaan ifii barsiisuuf kaayoo qabdu tahi.

Beekkamuu, qaamakee social media irra ol guurtee warra si jala deemee bareedduukoo siin jedhu cufa ofirratti caqastee booddee kee hin booreessin.

Shamara hedduutu hojii akkanaa irraa boohaa jiraati atiis odoo umriin kee fagaateetiin hin Janne ofii keerratti dammaqi.

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

18 Oct, 17:11


Intala Group kana kessa jirtuu irra Jaalalli Na qabera💔


Asin Jira nan Jedhii😂
@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

18 Oct, 17:11


Qaala'iinsa jireenyaa kanaan jaalalli inni dur nyaata nama dhorkus hin dhibeem 😭


Inni ammaa nyaadhu nyaadhu nama godha😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

17 Oct, 14:21


Jaalalli jiraannaan buddeen 6



Nama 3 f gahaadha😂😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

16 Oct, 18:34


Yoo isiin 'Bargarii' malee jettee didde


Bara gaarii jedhiin bro🤣🤣🤣

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

15 Oct, 21:24


Intalii Ani Garaa Fuldurati Fuudhu Yoona Soressattin Herumaa jette Yaada Jirti😂

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

15 Oct, 21:24


Mucayyoo isheen gara fuulduraatti fuudhu sun .....
.
.
.
.
maal taha yoo walii gallee guyyaasaa as butanne😭


@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

14 Oct, 22:26


Innii bareedduu fuudhee mana ba'u yaadda'aa 😢

Innii fokkiftu fuudhemmoo manattii galuu yaadda'aa😂

Ayi jiruu biyya lafaa😭

@Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

12 Oct, 20:59


Jaalalli yeroo aartullee waliif yaaduudha...🤩

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

12 Oct, 20:56


Yeroo hunda nama kabaja siif kennu filadhu, .

Jaalala caalaa kabajni waan caaluuf.

🖤🍃 @Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

12 Oct, 03:52


Bareedinni ati na keessatti argitu calaqqisiisa keeti.

♂️ @Jireenya_Jaalalaa ♀️

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

10 Oct, 23:58


O𝒏𝒍𝒚 𝒊 𝒌𝒏𝒐𝒘 𝒘𝒉𝒂𝒕 𝒕𝒉𝒆 𝒓𝒐𝒂𝒅 𝒅𝒊𝒅 𝒕𝒐 𝒎𝒆.🤦‍♂
𝒊 𝒅𝒐𝒏'𝒕 𝒄𝒂𝒓𝒆 𝒂𝒃𝒐𝒖𝒕 𝒍𝒐𝒔𝒊𝒏𝒈 𝒂𝒏𝒚𝒐𝒏𝒆.
🫷🏻👍🏿

🚫💔〽️ @Jireenya_Jaalalaa

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪 Love ፍቅር 🔞

08 Oct, 12:11


Brother Chiikii Diaspora argatee jennan Fuudhii Umurii naa Caltii jedhiin

"Umuriin ishee Rakko keen ooli mititi"😂