رواه مسلم 854
🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessatti baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan keenya Aadam uumame, guyya jummaa guyya abban kenya Aadam jannata seensifame, akkasuma guyya jummataati jannata kessaa baafame, ammas guyyuma jummaati qiyaamanis dhaabbatti ja'e"
🍃 🍃 🍃🎋🎋🎋🎋
✏من سنن يوم الجمعة
✏Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-الإغتسال
👉Qaama dhiqachu
2-التطيب
👉Waan urgaawu dibatu (shitto)
3-لبس الجميل
👉Uffata qabnurra irra baaredaa isaa uffatuu
4-التسوك
👉ilkaan suwaakkatuu
5-التبكير إلى المسجد
👉Ganamaan gara masjida dhufuu
6-قراءة سورة الكهف
👉Suratul-khahfi qara'u
7-الإكثار من الدعاء
👉Du'a'ii heddumeysuu
8-الصلاة على نبينا ﷺ
👉Nabiirratti salawaata buusu
➖🍃➖➖➖➖
https://t.me/kjumj_official_page