Bara baajataa darbee yeroo walfakkaatan walbira qabamee yoo ilaalamu miil. 5.9 ykn %7.9 caalmaa agarsiise jira.
Afrikaarra 1ffaa, akka addunyaatti sadarkaa17ffaa ta’uusa qorannoon GSMA mirkaneessera.
lakkoofsa maamiltoota guddisuuf buufataalee moobaayilaa haaraa 202.
Magaalonni dabalataa 67 tajaajila 4G, magaalonni dabalataa 10 tajaajila argataniru. Hawaasa keenya dinagdee dijitaalaa fayyadamoo taasisuuf tajaajiloota haaraa 62, fooyya’an 109 waliigala 171 maamiltootaaf dhiyeesseera.
qulqullina neetworkii fi qaqqabummaa babal’isuu, kireessuu fi madda galii dabalataa argachuuf oomishaalee fi tajaajiloota keenya babal’isuun dhaabbanni keenya galii waliigalaa Qar. Biil. 61.9 karooricha %90.7.
Galii tajaajiloota idil-addunyaarraa argaman Doolaara Ameerikaa Miil. 64.4 karoora %63.8.
Gabaasa guutuu argachuuf https://bit.ly/3ECyGF2 fayyadamaa.