SBO Press @barsiisotaf Channel on Telegram

SBO Press

@barsiisotaf


🌎 Midiyaalee Hawaasaa Biroon Nu Argachuuf;👇👇
Yuutiyuubii:
👉 youtube.com/@sbopress
Feesbuukii:
👉 facebook.com/barsiisota/

Filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif isin galateeffanna!

Nu qunnamuuf 👇
👉 @sbopr

SBO Press (Amharic)

የSBO Press የውይይት ቤት አባንዳን በሴቶች ላይ ተማሪዎችን በማወቅ ያስተዳደራል። የመረጃውን ለመልኩ ህዝብን በጎች ከሆነ ስነ-ፖሊትን በተመረጡ ወይም ይህንን መቀነስ በማግኘት የምግብር መፍትሄዎችን ይዛችሁ በውይይት ውስጥ ተመልከቱ። ድረገጽዎ ውይይት ድረ-ገጽነት መረጃዎች እና ርእየት እንቅስቃሴ መረጃዎችን ድልዎን ለመጨረስ እና ለሚጠበቅበት ለእርስዎ ሰዎችዎ እና እናቶችዎ የሚገኙበት የሴቶች ውይይት ቤት አባንዳን እያንዳንዱን ሆነን እንኖርናለን። በዚህ በአማርኛ በተጨማሪ ችግሮችን እና ተመልከቱ።

SBO Press

15 Feb, 16:57


$ZOO Listing In February 25

Warreen hojjachaa turtan hundi baga gammaddan.

SBO Press

12 Feb, 12:49


Pi Network Listing Date

Waggaa 7'f mining irra kan ture Pi Network February 20 jechuun guyyaa 8 booda Exchange gargaraa kanneen akka Bitget, OKX fi MEXC fa'a irratti irratti list ta'uuf jira.

Warreen Pi walitti qabachaa turtan baga gammaddan isiniin jenna. Gara fuulduratti gatiin Pi kan Bitcoin caalaa saffisaan guddata jedhamee yaadama. Kanaafuu token Pi keessan yeruma tokkotti gurgurtanii of jala hin xumurina. Token muraasa isaa yoo xiqqaate waggaa 5'f dagattanii yoo ol keessan jireenya keessan jijjiiruu mala.

SBO Press

11 Feb, 15:27


New Potential Airdrop
Don't fade it 👇👇

https://app.nodego.ai/r/NODEBBD8EDB1A6BC

SBO Press

09 Feb, 17:28


XCOIN Free Airdrop

Airdroppii kana bilisaan walitti qabachuuf tartiiba armaan gadii kana hordofuu qabdu.
1 Liinkii gadii kana banuun Twitter(X) keessan connect itti gootu.
2 Task jiran hunda ni hojjattu.
3 Guyyatti al tokko seenuun check gootani token keessan guddifachuu dandeessu.

Airdroppiin kuni token isaa erga raabsame xumuramee booda kallattumaan Exchange gurguddaa irratti list ta'uuf jira. Kanaafuu akka isin jala hin darbinee ammuma jalqabuu dandeessu.
👇👇👇
👉 https://nebx.io/login?v=19776596

SBO Press

07 Feb, 16:51


🐭 Mouse Daily Combo
  2025/2/7

🎁 Tartiiba: 13-4-7-9

Mouse Airdroppii Verified ta’e jiru waan ta'eef of jala hin dabarsina.
👉 https://t.me/mousehous_bot/mouseapp?startapp=ref_5633382527

SBO Press

06 Feb, 18:11


Yeroo amma kana $PAWS Web seentanii Activitiy Check keessan mirkaneessuu ni dandeessu.

SBO Press

05 Feb, 13:08


Guddinni Barsiisotaa yoomiyyuu taanaan hafuu hin danda’u!

SBO Press

01 Feb, 16:04


Start your journey with Spurs Protocol

Spurs protocol tesnet mining airdrop yoo ta'u, airdrop kana hojjachuuf filannoowwan gurguddaa lama qabdu. Yoo barbaadde Appilikeeshina isaa buufachuun hojjachuu dandeessa. Karaa biraa immoo Telegram irratti illee hojjachuu dandeessu. Airdroppiin kuni Xenea Wallet wajjin illee hariroo daldala kan qabu yoo ta'u, Roadmap isaa irraa hubachuun akka danda’amutti yeroo dhihoo keessatti list ta'uuf jira.

👉 https://t.me/SpurProtocolBot/farm?startapp=iKLw52P97

SBO Press

01 Feb, 12:35


Fedhii jijjiirraa Barsiisotaa kan Bara 2018

SBO Press

31 Jan, 15:08


Yuniversitiin Haramayaa warreen barnoonni ganna sababoota gargaran jala gubatee ture bona kanatti barnoota jala gubatee ture sana bakka buusuuf waamicha godhe turuun isa ni beekkama, ta'us yeroo ammaa waamicha sana haquun yeroo gannaa akka baratan beeksise jira.

SBO Press

30 Jan, 20:14


$FAM Airdrop Is Here

Airdroppiin haarayni $FAM jedhamu gadii lakkifame jira. Airdroppii kana kanneen biroo irraa wanti adda isa godhu mining ati argattu point osoo hin taane kallattumaan token dha. Guyyaa jalqabaa irraa kaafte hamma list ta'utti token argatte hunda beekuu ni dandeessa. Walumaagalatti airdroppiin $FAM jedhamu kuni telegram keessatti guutumatti haala tapha jijjiruuf kan dhufe dha jechuun ni danda'ama.

Airdroppiin kuni kaleessa jalqabame waan ta'eef ammuma eegaluun hanga xumuraatti hordofte jennaan token bu'aa gaarii irraa argattu walitti qabachuu dandeessu. Kanaafuu akka isin jala hin darbinee isiniif dhaamna.

👉 https://t.me/mill100n_bot/play?startapp=100mid_5633382527

SBO Press

29 Jan, 15:04


Ari Wallet Airdrop

Airdroppiin kuni gosa tesnet mining yoo ta'u dhiyeenyatti kan jalqabeedha. Airdroppiin kana hojjachuuf guyyatti yeruma tokko kan daqiiqaa lama hin caallee keessatti appilikeeshina isaa seentanii check gochuu fi gaaffii guyyaa deebisuun xumuru qofa.  Kanaafuu namoonni fedhii qabdan Appilikeeshina isaa Download gochuun irratti yoo hirmaattan bu'aa gaarii irraa argachuu ni dandeessu jedheen yaada.

Akkaataa itti banachuu dandeessan irratti qajeelfama isaa guutuu suuraa asirratti maxxanfame irraa tartiiba isa hordofuun fayyadamuu ni dandeessu.

Token 50 bonus bilisaan argachuuf Referal Code fayyadamuun dirqama ta'a. Kanaafuu referal code gaditti argamu kana qubaan gadii qabu qofan copy gootani fayyadamuu dandeessu.

Referal Code
👉 678c0be2129c9


App Download Godhachuuf
👉 https://play.google.com/store/apps/details?id=arichain.app.ari.wallet

SBO Press

28 Jan, 17:14


Paws irratti task'n haarayni kutaa Partners jalatti dabalame jira. Task kana hojjachuun point guddifachuun baayyee murteessadha.

SBO Press

27 Jan, 19:05


Barsiisonni Bara kana Digrii isaanii Xumuran Qormaata Bahumsa Yuniversiitii(Exit Exam) Gurraandhala 1 akka fudhatan ibsamee jira.

SBO Press

26 Jan, 17:41


Roostera Bara 2017
Erga isin karaa keessaatiin nuf ergitan irratti hundaa’uun waa’ee roostera irratti yaada gabaabaa armaan gadii isiniif dhiheessuu barbaanne.

1 Roosterri kutaa 7 fi 8 durumaanuu gosa barnoota 12'n hojjatame ture. Gosti barnootaa haarayni(Dhaweessummaa) dabalame yoo jiraate illee baay’ina gosa barnoota baratamuu 13 hin taasifne. Jechuun kutaan 7 fi 8 ammallee gosa barnootaa 12 baratu jechaadha. Kanaafuu Roostera Bara darbee buufachuun page jalqabaa iddoo gosti barnootaa itti tarreeffame jiru irratti Tek kan jedhu Dhw&Tek jechuun ofii keessanii edit gootani sirreessuu ni dandeessu.(Suuraa jalqabaa ilaaluu dandeessu)

2 Sem 1ffaa kana kan barbaachisuu qaaccessa qofa. Kanaafuu Maqaa fi qabxii barattootaa itti galchuun qaaccessa print gootani mana barumsaaf galchuu ni dandeessu.

3 Fooyyessa roostera wajjiin walqabatee Amalaa, Guyyaa hafaa fi dogoggoroota xixxiqqoo biroo roostericha keessatti mul’atan sirreessuun Sem 2ffaa keessa kan isiniif gadii lakkifnu ta'a.

Galatooma!

SBO Press

26 Jan, 14:36


Caps Airdrop

Airdrop Caps jedhamu kuni jalqabuuf guyyaa torbaatu hafe. Hangasitti galmaa'uun iddoo qabattanii (Positioned) eeguun barbaachisaadha. Kanaafuu liinkii gadii kana banuun jalqabuu dandeessu.

👉 https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=5633382527

SBO Press

24 Jan, 12:02


Seed irratti Token isiniif kenname seentanii ilaaluu dandeessu.

SBO Press

19 Jan, 16:06


Piroojaktii DePin kanneen Grass fi Nodepay wajjiin walfakkaatan yoo ta'u, hojjachuuf baayyee salphaadha. Xiyyeeffannan hojjattee jennaan bu'a isaa ji'a booda ilaaluu dandeessa.

1 Sparkchain
Liinkii gadii banuun E-mail fi maqaa kee itti galchuun erga galmoofte booda E-mail kee verify godhun Extention isaa Download gootee mining jalqabsiisu dandeessa.
👉https://sparkchain.ai/register/?r=46563942

2 Mygate
Kana immoo liinkii gadii kana banuun login with google jechuun E-mail keetiin seenuun sana booda task achirratti argamu hojjatta.
👉 https://app.mygate.network/login?code=GxTpvy

Hundaafuu akkaataa karaa salphaan airdrop DePin fi Testnet ittiin hojjachuu dandeenyu irratti guyyoota muraasa booda video qabadheen dhufa.

SBO Press

17 Jan, 15:01


$Mouse verified ta'e jira.

Airdroppiin Mouse jedhamu kuni yeroo ammaa telegram irratti verified ta'e kan jiru yoo ta'u haalli tapha isaa baayyee salphaadha. Galmaa'un task jiran hunda erga hojjattee booda guyyatti yeruma tokko seente check gochuu qofa.

Namoonni hanga ammaatti hin jalqabin liinkii gadii kana banuun jalqabuu dandeessu.

👉 https://t.me/mousehous_bot/mouseapp?startapp=5633382527

SBO Press

15 Jan, 18:30


Update New Roster


♻️JOIN AND 🔗SHARE
╔════════════╗
🧑‍💻JOIN:@Barsiisota
🧑‍💻JOIN:@Barsiisotaf
╚════════════╝

SBO Press

15 Jan, 13:27


Quest haaraya Paws irra jiru hojjachuuf tartiiba suuraa irratti mul’atu hordofuu qabna.

SBO Press

12 Jan, 17:20


Paws irratti Airdroppiif gahaa tahuu kee deemii mirkaneeffadhu.

SBO Press

12 Jan, 15:29


ZOO Airdrop

Xumuramuuf guyyaan 19 qofti kan hafe Zoo Airdroppii irraa kallattumaan Token walitti qabachuu dandeessu. Osoo list hin taane duratti guyyaa guyyaan baay’ina token argattee beeku ni dandeessu.

Token Guddaa Argachuuf 👇
1 Task hojjachuu fi gaaffilee guyyaa guyyaa deebisuun qabxii argattu.
2 Qabxii sanaan immoo deebiftanii beeyiladoota bituu fi sooruun kallattumaan token walitti qabachuu fi guddifachuu dandeessu.

Jalqabuuf liinkii gadii kana bani.

👉 http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5633382527

SBO Press

09 Jan, 17:46


New Task On Paws

SBO Press

08 Jan, 18:34


We Need Justice

Daballii mindaa isa jedhamaa ture midiyaa irratti malee huma hin argine. Ammayyuu mindaa isumaa duraatu nuuf kafalamaa jira. Game nurratti taphachuun haa dhaabbatu.

SBO Press

08 Jan, 17:50


New Time Limited Quest On Paws

Ques kana hojjachuuf Paws bantanii Limited Task jala dhaqxu. Sana booda iddoo task'n jiru gurraacha’ee waan jiruuf harka keessaniin haxooftani akka mul’atu gochuun claim gootu.

SBO Press

02 Jan, 17:06


Zoo Airdrop

Airdroppiin kuni January 31 jechuun guyyaa 29 booda ni xumurama.

Akkaataan Inni Ittiin Hojjatamu:

Task hojjachuu fi gaaffilee gara gara deebisuun point walitti qabatta. Point walitti qabatteen immoo beeyladoota adda addaa bituu fi nyaachisuun token argachuu dandeessa. Beeyiladoota bitte irraa kallattumaan token argachuu dandeessa.

Jalqabuuf 👇👇
http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5633382527

SBO Press

02 Jan, 15:00


Xenea Wallet Airdrop

Xenea airdrop kana dura isin beeksifne turuun ni yaadatama. Yeroo amma kana Season 1 xumuramuun Season 2 jalqabe jira. Yeroo dhihootti list ta'uuf jira. Yoo fedhii airdrop kana irratti hirmaachuu qabaatte liinkii gadii tuquun appilikeeshina Download goochuun E-mail keetiin galmoofte jalqabuu dandeessu.

Yeroo galmooftu GEM 1000 bilisaan argachuuf code gadii kana fayyadami.

Invention Code:👇
👉  159bHWtOfM

App buufachuuf Liinkii gadii tuqi. Sana booda Google account wajjin walqabsiisun appilikeeshina buufachuu dandeessu.

👉 https://xenea.app/register/159bHWtOfM

SBO Press

01 Jan, 17:48


UXUY Wallet Airdrop

Wallet kuni akkuma wallet biroo Web3 ta'ee kan tajaajilu yoo ta'u, wanti adda isa taasisu dhiheenya jalqabuu isaa irraa kan ka’e akkuma Hot Wallet Airdrop bilisaan gadii lakkisee jira. Airdroppii kanaas erga liinkii gadii banuun wallet banattan booda task hojjachuun fi sa'aati sadiin al tokko galtanii point isiniif lakkaawu claim gochuun irratti hirmaattanii hojjachuu dandeessu.

Kanaafuu namoonni fedhii airdrop hojjachuu qabdan of jala hin dabarsina irratti hirmaadha.

👉 https://t.me/UXUYbot/app?startapp=A_5633382527_inviteEarn

SBO Press

30 Dec, 21:18


Paws irratti Sol Wallet Connect gochuuf tartiiba suuraa irratti mul’atu hordofuu qabdu. Waan kana dura hojjachaa turte sababa wallet wajjin connect gochuu dhabuutiin dhiifte bira hin galin.

Tartiibni suuraa irratti mul'atu yoo ifa siif ta'uu baatee karaa telegram account 👉 @sbopr irratti waan barbaadde gaafachuu dandeessu. Isin deeggaruuf qophiidha.

Hubachiisa: Connect gochuuf adeemsa osoo hin jalqabne dura Phantom App buufachuun achirratti wallet banachuu qabdu.

SBO Press

30 Dec, 16:22


Airdroppii kana irraa point osoo hin taane kallattumaan token walitti qabachuu dandeessa. Yeroo dhihootti list ta'uuf jira. Osoo si jala hin darbinee bilisaan $SWITCH token walitti qabadhu.

👉 https://t.me/pocketfi_bot/Mining?startapp=5633382527

SBO Press

30 Dec, 13:40


Beeksisa Ramaddii Barsiisota Appilayidii Marsaa 8ffaa

SBO Press

29 Dec, 14:43


Just focus on achieving your goals. Please follow me on phantom wallet using my Username 👉 "eliasa", I'll follow back any body who follows me👌🏽

Let’s Grow Together!

SBO Press

28 Dec, 15:55


Waa'een Crypto Currency baayyee walxaxaadha.

Airdrop hojjachuun gaariidha. Garuu yeruma tokoon qarshii guddaa irraa abdachuun dogoggora. Yeroo siif milkaa’uu bu'aan isaa baayyee si gammachisa. Tarii kanaan dura Airdrop hojjattee bu'a irraa dhabuu dandeessa ta'a. Hordoftoota keenyaaf ergaan nuti dhaamuu barbaannu, yeruma tokkoon abdii hin muratinaa. Waa’ee airdrop google seenaanii dubbisuun fi Youtube gubbatti Vedio gara garaa ilaaluun beekkumsa isaa caalatti itti gabbifachuun barbaachisaadha. Dabalataan wantoota gabaa crypto keessatti barbaachisa ta'an kanneen akka Exchange adda addaa banachuu fi verify godhachun baayyee barbaachisaadha.

Hunda olitti hojiin crypto hojjachuu obsa, beekkumsa fi cimina gaafata. Kanaaf sammuu kee qopheessuun yeroo boqonnaa keeti nuffii fi abdii kutannaa malee hojjachuun barbaachisaadha. Na amanii hojii Airdrop kana sirriitti hojjattee jennaan guyyaa tokko jireenya kee jijjiruun maatii kee sirriitti gammachiisuuf jirta. Mindaa Itiyoophiya eeguu caalaa yeroo boqonnaa keeti airdrop hojjachuun harka meeqa caalaa.

SBO Press

28 Dec, 14:52


Potential Airdrop

Airdroppiin Midas jedhamu kuni Doolara Miliyoona Kudha Sadii ($13M) Airdrppiif fund godhe jira.

Airdroppiin kuni hojjachuuf baayyee salphaadha. Task jiran hojjachuu fi guyyatti yeroo tokko seenuun card siif kennamu taphattee xumuruun hojjatama. Dabalataan akka airdrop biroo kaffaltii kan gaafatu osoo hin taane bilisaan token walitti qabachuu dandeessu. Kanaafuu ammuma seenuun jalqabuu dandeessu.

👉 https://t.me/MidasRWA_bot/app?startapp=ref_7800f3c0-e675-468c-ac10-469768d0ccd8

SBO Press

09 Dec, 13:11


Beeksisa Ariifachiisaa

KBB Jimmaa Irraa

👉 KBB Biroo

SBO Press

08 Dec, 14:24


Warreen Seed hojjachaa jirtan liinkii gadii kana banuun Guild keenya join gootani Seed dabalataa 10% argachuu dandeessu. Namoota 100 waan barbaaduuf hatattamaan banuun join godha.

👉 http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=u=5633382527_g=562381db-2bfb-4b0c-ad4d-7600ebf62344

SBO Press

07 Dec, 18:35


Airdrop hojjatte bu'a gaarii irraa argachuu barbaadda yoo ta’e airdrop'n SantaSol jedhamu kuni akka si hin darbine siif dhaamuu barbaanna.

Airdroppin kuni erga eegale guyyaa jaha ta’ullee list ta'uuf guyyaa 17 qofaatu hafe. Airdroppi kana irraa Santa fi Sol wal cinaa argachuu kan dandeessu yoo ta’u, guyyoota hafan kana keessatti Solona 4 asirraa yoo argatte sirriitti gahaadha. Gatiin Solona 1 doolaara 236 irra jira. Kanaafuu of jala hin dabarsina yeroo boqonnaa qabdanitti hojjachuuf yaala.

👉 https://t.me/SantaSOL_bot/Game?startapp=5633382527

SBO Press

07 Dec, 15:26


Gaaffilee Shaakalaa Kutaa 6ffaa Part-2

Gaaffilee shaakala kanneen biroo hedduminaan argachuuf gaditti "save question" kan jedhu qubaan tuquun start gochuun bani. 👇

👉 Save Question

SBO Press

06 Dec, 17:12


Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa

Biiroon Barnootaa Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaaf barsiisota sadarkaa barnootaa MA/MSC qaban fi Afaanota Biyya Alaa barsiisuu danda'an dorgomsiisee kanneen ulaagaa armaan gadii guutan keessaa filatee hojitti bobbaasuu barbaada.

👉 Regester Here

SBO Press

05 Dec, 21:58


SEED NEW YOUTUBE CODES

🎬What Affects Token Price?
Code: POSINEGATIVE

🎬What is Market Makerv
Code: WAVEMAKER

🎬 What is Rug Pull?
Code: ANTIRUGPULL

🎬 How to spot a Rug Pull?
Code: NOHANDSNORUG

SEED jalqabuuf 👇
👉 http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=5633382527

SBO Press

04 Dec, 19:48


Airdropponni kunniin lamaan kennaa ayyaana bara haaraya warra adii amma seenuuf deemuu 2025 kanaati. Inni tokkoffaa irra jiru guyyaa 2 dura kan eegalame yoo ta'u, guyyaa 19 booda December 25 list ta'a. Airdrop kana yeroo taphattan Solona fi Santa kan argattan yoo ta'u gatiin Solona 1 doolara 225 dha. Santan immoo December 25 irratti gatiin itti bahee list ta'uf jira.

Inni lammaffaa irra jiru immoo January 1 list ta'uuf jira.  Haalli tapha isaa baayyee salphaadha. Guyyatti task 4 kan achirra jiru tuquun start erga gootan booda claim reward kan jedhu tuquun xumurtu.

Maqaa isaanii as gaditti ibsamee kana qubaan tuqxanii jalqabuu dandeessu.

1 Santa Sol 👈

2 Save Question 👈

SBO Press

04 Dec, 18:13


Paws irratti qeust haarayni token 10,000 argamsiisu dabalame jira. Qeust kana namoota miliyoona 10 kanneen jalqaba tap godhan qofaatu argachuu danda’a. Kanaafuu osoo hin tursiifne ammuma galtanii tap gochuun qeust kana irratti hirmaachuu dandeessu.

Namoonni hanga ammaatti osoo hin eegaliin jirtan gadiitti "Start PAWS" kan jedhu tuquun bantanii jalqabuu dandeessu.

👉  Start PAWS

SBO Press

04 Dec, 12:55


Warreen Seed Hojjachaa turtan hundi baga gammaddan, Seed irratti yeroo ammaa Exchangen banamee jira. Torban dhufu keessa list ni ta'a jedhamee eegama. Exchange kana connect itti godhuun ammaaf hojjachaa waan hin jirreef hanga inni hojjetutti obsan eega coin keessan guddisuu irratti xiyyeeffachuu qabdu.


Namoonni kanaan dura hin eegaliin link gadi kana banuun jalqabuu dandeessu.

👉 http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=5633382527

SBO Press

02 Dec, 19:23


New 8000 Limited Quest On PAWS

Quest kana hojjachuuf tartiiba suuraa irratti jiru hordofuu dandeessu.
21235  👈

Namoonni hanga ammaatti osoo hin eegaliin jirtan gadiitti "Start PAWS" kan jedhu tuquun bantanii jalqabuu dandeessu.

👉  Start PAWS

SBO Press

02 Dec, 12:23


Warreen Seed hojjachaa turtan ammuma banuun badhaasaa seed 10 haala suuraa irratti argamu hordofuun fudhachuu dandeessu.

Namoonni kanaan dura hin eegaliin link gadi kana banuun jalqabuu dandeessu.

👉 http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=5633382527

SBO Press

20 Nov, 17:43


Gaaffilee Shaakalaa Kutaa 6ffaa Part-1

👉 For More

#share
@barsiisotaf

SBO Press

19 Nov, 19:14


New Limited task on Paws

Task kana hojjachuuf jalqaba Play Store keessa seenuun Telegram App keessan Update godha. Erga update gootan booda telegram keessatti deebi'uun bot PAWS bantanii bilbila keessan mataa isaa gadi garagalchuu qabdu. Kana booda xumurtanii jirtu waan ta'eef coin keessan claim gochuu qofa.

Namoonni hanga ammaatti hin jalqabiin jirtan liinkii gadii banuun jalqabuu dandeessu. 👇👇

👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=QRp59xrQ

SBO Press

18 Nov, 18:37


New Limited task on Paws

Task kana irraa qabxii barbaadamu argachuuf nama tokko invite gochuu qabdu.

Namoonni hanga ammaatti hin eegaliin jirtan jalqabuuf gadiitti "Start PAWS" kan jedhu tuquun bani.

👉  Start PAWS

SBO Press

17 Nov, 18:32


Major siif banuu didee haala suuraa irratti mul’atu kana si garsiisa jira yoo ta'ee, salphatti akka hojjatu gochuuf 👇👇

👉 SIM SAFARICOM fayyadami.

SBO Press

16 Nov, 15:45


Beeksisa Ramaddii Barsiisota Appilayidii

👉 For More

SBO Press

16 Nov, 13:40


Neuton season 1 isaa guyyaa muraasa booda xumuramuuf jira. Guyyaa 14 booda (November 30) list ni ta'a. Exchange inni irratti list ta'uuf filatee inni guddaan Bitmart dha. Bitmart irratti crypto deposit gochuuf akka Exchange biroo KWC verify gochuun dirqama miti. Akkaata Bitmart itti banachuun crypto irratti deposit fi withdraw gochuu dandeessan guyyaa muraasa booda yeroo Neuton Season 1 xumurame qabadheen isiniif dhufa.

Neuton irratti task muraasa qofa hojjachuun coin isaa walitti qabaachuu dandeessu. Kanaafuu liinkii gadii kana banuun ammuma jalqabuu dandeessu.

👉 https://t.me/NEUTON2024Bot/neuton?startapp=kentId5633382527

SBO Press

15 Nov, 15:01


New Achievement on Majors.

Secret Code 👉 TON

SBO Press

14 Nov, 19:54


New Limited task on Paws

PAWS jalqabuuf gadiitti "Start PAWS" kan jedhu tuquun bani.

👉 Start PAWS

SBO Press

14 Nov, 11:19


Major Wallet Telegram irratti illee list ta'uuf jira.Gatiin isaa illeen baayyee qaaliidha. Warreen Majors walitti qabaattan hundi baga gammaddan!

SBO Press

13 Nov, 19:19


PAWS irratti task haarayni sa'aatii 24 qofaaf turuu fi token 1000 argamsiisu danda’u dabalame jira. Sa'aatii 24 booda task kana hojjachuu fi coin irraa argachuu hin dandeessu. Kanaafuu ammuma seenuun task sana hojjachuun coin keessan claim gochuu qabdu.

Namoonni hin eegaliin immoo gadiitti "Start PAWS" kan jedhu tuquun jalqabuu dandeessu.

👉 Start PAWS

SBO Press

13 Nov, 15:58


Bybit dhaabbata Exchange crypto isa guddaa fi beekkamaadha.  Yeroo ammaa bot Bybit Space jedhamu lounch gochuun airdrop bilisaan kennurratti argamu. Airdrop kana akkuma blum start farming gochuun sa'aatii 8 booda coin kee deebitee claim gochuun walitti qabaachuu dandeessu. Haalli tapha isaa baayyee salphaadha. Kanaafuu akka isin jala hin darbinee gadiitti "Start Bybit" kan jedhu tuquun bantanii jalqabuu dandeessu.

👉 Start Bybit

SBO Press

13 Nov, 12:00


Majors November 28 list ta'uuf akka jiru ibsamee jira. Kanaafuu torbee lamaan hafee kana hanga inni dhaabbatuutti jabaattanii hojjachuun coin keessan guddisuu qabdu.

SBO Press

12 Nov, 20:01


Airdrop'n Neuton jedhamu kuni haaraya. Ta’ullee guyyaa 17 booda November 30 irratti list ta'uuf akka jiru commumity isaanii irratti ibsanii jiru. Hundaafuu airdrop'n kuni task muraasa qofa hojjachuun coin kan kennu yoo ta’u, saniin alatti hojiin biroo inni hojjachiisu hin jiru. Mee isin illeen airdrop kana yaala.

👉 https://t.me/NEUTON2024Bot/neuton?startapp=kentId5633382527

SBO Press

12 Nov, 12:10


Biggest Ever Airdrops On Solana

Airdrop'n kuni dhiheenyatti list ta'uuf kan jiru yommuu ta'u, gatiin isaa akkuma grass baayyee qaaliidha.  Coin kana baayyinaan argachuuf filannoowwan gurguddaa lama qabdu. Waa’ee kana balinaan galgala qabannee dhufna.

Ammaaf namoonni airdrop kana hojjachuu barbaaddan qofti liinkii gadii kana banuun E-mail keessan fayyadamtanii galmaa’u dandeessu. Sana booda E-mail keessan verify kan jedhu tuquun message isiniif ergamu E-mail keessan seentanii banuun Verify godha. Twitter(X) keessan wajjiin illee connect gochuun coin isiniif kennamu hunda claim godha.

👉 https://app.nodepay.ai/register?ref=J8WuaiCFHKWdZQ7

SBO Press

11 Nov, 14:59


SEED AIRDROP

Seed'n pirojeektii guddaa yeroo ammaa Teelegraama gubbatti Airdrop bilisaan kenna jiru yommuu ta'u, ji'a November kana keessa list ta'uuf Exchange gabaa crypto kanneen akka Binance, Bybit fi OKX dabalatee Wallet Non-Custodial ta'an hedduu wajjiin hariiroo tolfatee jira.

Seed Airdrop'n kallattumaan token kan kennudha. Token inni kennu illeen haalan muraasa ta'uu irraa kan ka'ee gatiin isaa haalan qaaliidha jedhamee eegama. Gatiin Seed tokko hanga doolaara 0.7 fi sana olitti ni baasaa jedhamee tilmaamni kennameefii jira. Kanaafuu guyyoota hafee muraasatti fayyadamtanii airdrop kana walitti qabaachuu qabdu.

Namoonni hanga ammaatti osoo hin eegaliin jirtan gadiitti "Start SEED" kan jedhu tuquun jalqabuu dandeessu.

👉 Start SEED

SBO Press

10 Nov, 17:36


Yeroo boqonnaa qabdan qubaan tap tap godhuun bot kana irraa bilisaan Doolaara (USDT) argachuu ni dandeessu. Doolaara 20 yeroo argattan Wallet barbaaddan irratti Withdraw gochuu ni dandeessu. Withdraw gochuuf doolaara 20 guutuu irraa kan hafee ulaagaan biraa barbaachisuu tokkolleen hin jiru.

Ani immoo kana qabatamaan mirkaneessen jira.

Jalqabuuf Liinkii gadii kana bani. 👇

👉 https://t.me/arbitap_bot?start=5633382527

SBO Press

10 Nov, 14:38


Warreen Pi(π) Hojjachuu Eegaltan Wantoota Dagachuu Hin Qabne

1 Maqaa keessan isa ID irra jiru sirriitti qubee eeguun barreeffadha. Maqaa kana sirreessuuf guyyaa 13 qofa waan qabduuf jecha Profile kan jedhu tuquun sirriitti barreessuu kee mirkaneessi. Yoo dogoggora qabatee First Name kan jedhu irratti maqaa keeti fi kan abbaa keeti barreessuu ni dandeessa. Last Name kan jedhu irratti immoo maqaa Akaakayyuu keeti barreessi.

2 Yoo National ID hin qabaanne Mana Teelee, Mana Baankii fi Poostaa dhiheenya ati jiraatutti argamu deemuun baafadhu. Sababni isaas token Pi fudhachuuf KWC verify godhuun dirqama waan ta'eef. Kanaan alatti illee karaa Online galii argachuu fi tikfachuuf National ID'n murteessaadha. Waa’ee National ID kana balinaan yeroo biraa itti deebina. Ammaaf carraa argattan hundatti fayyadamun akka baafattan Isiniif dhaamuun barbaada.

3 Mining isaa sa'aatii 24 qofaaf lakkaawa. Yoo sa'aatii 24 eeguun appilikeeshina seenuu baattan mining ni dhaabbata. Kanaafuu akka sirriitti isiniif lakkaawu fi coin keessan guddatu gochuuf sa'aatii inni itti dhaabbatu ilaaltanii qabachuun sa'aatiin yeroo xumuramee seentanii akka mining isiniif itti fufu gochuu dandeessu.

4 Warreen Invitation Code keenya fayyadamtan chat kan jedhu banuun erga barbaachisuu fi yaada wal haa jijjirruu isinin jechuun barbaada. Chat irratti waan barbaaddan yoo gaafattan nuti hanga dandeenyutti isin gargaaruuf qophiidha.


Warreen hanga ammaatti hin jalqabiin jirtan immoo yoo fedhii qabaattan barreffama waa’ee Pi irratti kaleessa gadii lakkifnee turre ol deebitani erga dubbiftan booda appilikeeshina download godhachuun Invitation code as gadii fayyadamun yoo galmooftan achirratti wal arguu ni dandeenya.

Invitation Code
👉 El2025

SBO Press

09 Nov, 19:48


New Task In PAWS

Task'n kuni sa'aatiin daangeeffame waan jiruuf ammuma seentanii hojjachuun claim gochuu qabdu.

Namoonni hin eegaliin immoo gadiitti "Start PAWS" kan jedhu tuquun jalqabuu dandeessu.

👉 Start PAWS

SBO Press

09 Nov, 16:15


Pi(π) jedhama. Gosa crypto haaraya yommuu ta'u airdrop Pi jedhamu bilisaan kennuun network mataa isaa ijaaruu irratti argama. Gatiin airdrop kana baayyee qaaliidha. Kunis 1π hamma doolaara 55 fi sana ol argamsiisu danda’a.

Tartiiba Airdrop Pi Ittiin Argachuu Dandeenyu.

Hub⚠️  Erga tartiiba guutuu sirriitti dubbifteen booda appilikeeshina buufadhu.

1 Liinkii gara gadii jiru banuun ykn Play Store keessa seenuun "Pi Network" jettanii search godhuun appilikeeshina download ni gootu.
2 Appilikeeshina banuun "Continue With Phone Number" kan jedhu tuquun lakkoofsa bilbila, Maqaa guutuu, Username fi E-mail galchuun galmooftu.
3 Invitation code kan jedhu irratti 👉 El2025 jechuun guuttan. Yoo kana galchitan battalumatti Pi 1 isiniif kennu. Yoo Invitation code hin galchinee immoo zeroo irraa isiniif lakkaawa. Kanaafuu Invitation code kana qubaan tuquun copy erga gootani booda iddoo inni isin gaafatutti paste gochuun ykn itti barreessun guuttan.

Invitation Code
👉 El2025

Erga Invitation code as ol jiru kana galchuun galmooftaniin booda garee tokko keessa waan waliin jirruuf wantoota raawwatamuu fi fooyya’uu qaban hunda achuma(appilikeeshina sana irratti) irratti karaa keessan chat walii gochuun mari’achaa kan itti fufnu ta'a.

Appilikeeshina Download godhuuf Liinkii gadii kana bani.
👉 http://minepi.com/El2025

SBO Press

05 Nov, 16:05


Task haarayni token 5000 argamsiisu $PAWS irratti dabalamee jira.

$PAWS jalqabuuf liinkii gadii kana bani. 👇👇

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=QRp59xrQ

SBO Press

04 Nov, 13:01


Ramaddii Yuunivarsitii Barattoota Remediyaala

Bara barnootaa 2016tti barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensaa sagantaa fooyya'iinsaa fidaniif ramaddiin ifoomeera.

Haaluma kanaan barattoonni remediyaalii:-

Marsariitii: https://placement.ethernet.edu.et 

Telegraamiidhaan:- https://t.me/moestudentbot irratti ramaddii Yuunivarsitii isaan gahee ilaaluu akka danda'an ministeerri barnoota beeksisee jira.

Barattoonni akkaataa waamicha dhaabbilee irraa isaaniif bahuun sagantaa remediyaalii akka hordofan dhaamameera.

Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa dhaabbata akka hin fudhanne ibseera.

SBO Press

04 Nov, 11:40


PAWS 🐾 irratti task haarayni dabalamee jira. Ammuma bantanii hojjachuun claim gochuu dandeessu. 👇👇

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=QRp59xrQ

SBO Press

03 Nov, 14:44


PAWS 🐾 Yeroo gabaabaa keessatti.

Airdrop'n kuni bantee galmaa’u qofan coin siif kenna. Sana booda Wallet Connect itti gochuu fi Social Media isaanii join gochuun hanga inni list ta'utti eeguu qofa.

Namoonni hin eegaliin akka si jala hin darbinee ammuma jalqaba.

👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=qVibJpyN

SBO Press

02 Nov, 18:54


Grass

Spot'n grass jedhamu kuni dhiheenya kana list ta'ee.  Gatiin Grass 1 Doolaara 1.65 dha. Yeroo ammaa kana marsaa lammaffaaf airdrop kennurratti argamu. Akka airdrop biroo telegram irratti kan hojjatamuu osoo hin taane Website mataa isaa qaba.

Kanaafuu Tartiiba Armaaan Gadii Kana Hordofuun Airdrop Kana Irraa Qooda Fudhachuu Ni Dandeessu.

1 Website Airdrop kana kan maxxansa kana gama jalatti argamu ni bantu.
2 Username kee lakkofsaan walkeessa makuun create ni goota.
3 E-mail kee iddoo barbaachisutti ni guutta.
4  Strong Password itti godhatta. Kunis akka salphatti coin kee hattootan hin dhabneef kan si gargaaru yoo ta’u, Lakkoofsa, Qubee Guddaa fi Xiqqaa akkasumas mallattolee gara-garaa haala yaadachuu dandeessutti walkeessa makuun itti godhachuu dandeessa.
5 Sana booda Sign Up( Create) kan jedhu yeroo ati tuqtee, E-mail kee irratti Verification liinkiin siif ergama.
6 E-mail kee keessa seenuun Verification liinkii grass irraa siif ergamee irratti tuquun erga banteen booda verify gootee jirta. Sana booda haarayatti E-mail fi Password kee itti galchuun login gochuun task gara garaa hojjattee airdrop kana argachuu ni dandeessa.

👉 https://app.getgrass.io/register/?referralCode=o6Ptn_hpTIry5QU

SBO Press

02 Nov, 13:58


Majors torbee tokkoon booda ni dhaabbata. Xumuramuuf waan deemuuf jecha namoonni baayyeen bot kana seenanii hojjachaa jiru. Sababa kanaaf busy ta'ee waan jiruuf yeroo banuuf yaaltan yoo isiniif banamuu didee irra deebi'uun yoo bantan isiniif banamuu danda’a. Kanaafuu namoonni hanga ammaatti hin jalqabiin jirtan hundi 👇👇

https://t.me/major/start?startapp=1047460206

SBO Press

01 Nov, 15:15


Beeksisa Galmee Barattoota Leenjii Gabaabaa BSTD Ganna 2016 Fudhattanii Hanga Ammaatti Ramaddii Osoo Hin Argatiin Jirtan Hundaaf!
👇👇

👉 See More

SBO Press

31 Oct, 16:58


👉 Verify ta'ee jira.
👉 Bot bantee seenuu qofa, Coin ofumaan siif kenna.
👉 Game hin qabu.
👉 Task muraasa lakkoofsaan 4 hin caallee qofa qaba.
👉 100% Dogs wajjiin walfakkaata.

Waan miidhaa sirratti hin finne kamuu hojjadhu. Airdrop'n kuni Dogs fi Notcoin tti aanee isa guddaa hundeessitoota Teelegraamatiin deeggaramuudha. Kanaafuu yeroo inni list ta'utti bu'aa gaarii irraa argachuu dandeessu waan ta'eef of jala hin dabarsinaa.

👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=QRp59xrQ

SBO Press

31 Oct, 16:04


YAADACHIISA

Carraa DV Bara 2026 guutuun kan danda'amu hanga November 5 qofatti. Xumuramuuf guyyoota 5 qofaatu hafe.  Carraa DV kana guutuuf suuraa fi odeeffannoo dhuunfaa kee malee kaffaltiin maallaqa barbaachisu tokkolleen hin jiru. Carraa kuni siif kan bahuu yoo ta'ee illee wanti beekkamu hin jiru. Kanaafuu of jala hin dabarsinii ammuma guuti.
👇 👇

👉 Apply Now

SBO Press

31 Oct, 12:41


Game Blum yeroo taphattan coin keessan isin jala haqaa kan turee boombiin yeroo ammaa kana coin keessan dachaan isiniif dabala. Boombiin tokko yeroo tuqtee coin dabalataa 10 argachuu dandeessa. Sababa kanaaf kan duraan kaardii tokko irratti coin 50 hanga 150 tti argachaa turtan yeroo ammaa immoo coin 200 hanga 350 tti argachuu dandeessu.

Kanaafuu carraa kanatti fayyadamun kaardii qabdan hunda taphatanii xumuruun coin keessan dachaan guddiffachuu qabdu.

Don't miss it. 👇👇

👉 https://t.me/blum/app?startapp=ref_r7Hj4oiOnl

SBO Press

30 Oct, 16:35


Airdrop kana akka qoosaatti hin ilaalinaa. Akkuma argaa jirtan dhaabbanni guddaan crypto Binance illeen beeksisa isaa gadii lakkisee jira.

Airdrop kana kanneen biroo irraa wanti adda isa godhu game fi task hedduu qabaachuu dhabuu isaati. Bot $PAWS yeroo bantee ofumaan airdrop siif kenna. Sana booda Earn kan jedhu tuquun Wallet connect itti gochuun Telegram fi Twitter(X) isaanii follow gochuun hanga inni list ta'utti eeguu qofa. Kanaafuu carraa gaarii bilisaan airdrop argachuu kana of jala dabarsite boru akka hin gaabbine. Just click on belows link to open and take your free token.

👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=ZNsml3jH

SBO Press

30 Oct, 14:28


Beeksisa BBO irraa!

Koollejjiin Barnoota Barsiisotaa hundinuu beeksisa galmee baasanii waan jiraniif namoonni fedhii qabdan fi ulaagaa jedhamee guuttan hundi buufata galmee isinitti dhihaatu deemtanii galmaa’u dandeessu.
👇👇👇👇👇

👉 Read More

SBO Press

29 Oct, 16:37


Akkuma suuraa kana irratti argaa jirtan Telegram Wallet'n beeksisa Not Pixel promote godhuu commumity isaanii irratti maxxansanii jiru. Not Pixel pirojektii guddaa yeroo ammaa Telegram irra jiru keessaa isa tokko yoo ta’u, hundeessitoota garee Not coin'n kan gadii lakkifame dha.

Not Pixel November gara xumuraa list ta'uf jira. Akkuma Notcoin pirojektiin kuni qarshii gaarii kan argamsiisudha. 👇

👉 t.me/notpixel/app?startapp=f5633382527

SBO Press

29 Oct, 13:39


$PAWS airdrop haaraya Telegram amma gadii lakkifame yoo ta’u, akkuma Dogs Ofumaan Coin siif kenna.

Namoonni Dogs hojjatanii turtan ni beektu jedheen yaada. Tapha Game tokkollee hin qabu. Umrii Telegram kee fi Task muraasa hojjachuu qofan coin argachuu dandeessu. Airdrop'n $PAWS jedhamu kunilleen 100% $Dogs wajjiin wal fakkaata.

Ati hanga ammaatti airdrop jedhamu kana irraa waan tokkollee osoo hin argatiin jirta? Bro liinkii soba gadii lakkisuu jettee ofitti hin taphatin. Waanuma hundaafuu yoo hanga ammaatti airdrop tokkollee osoo hin taphatin jirta ta'ee illee kuni akka si hin darbinee siif dhaamuun barbaada. 👇

👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=QRp59xrQ

SBO Press

28 Oct, 18:25


Namoota 300k qofaatu hafe.

Bitget Wallet guyyaa hara Launch godhe irratti namoota miliyoona tokko kanneen jalqaba galmaawan badhaasuf jira. Galmaa'uf ulaagaa biraa barbaachisuu tokkolleen hin jiru. Liinkii gadii kana erga banteen booda Wallet kee irratti Pin qofa gochuun banachuu ni dandeessu. Namoonni Miliyoonni tokkichan jalqaba kanneen badhaasa argachuu danda'an xumuramuuf namoota kuma dhibba sadii qofaatu hafe. Kanaafuu carraa kana of jala hin dabarsinii ammuma galmaa'i. 👇

👉 https://t.me/BitgetWallet_TGBot/BGW?startapp=sharetask-2w3jLrLYWmKgwsJN2

SBO Press

28 Oct, 14:03


Bitget Telegram Mini App mataa isaa guyyaa hara launch godhee jira. Kanaanis namoota Miliyoona tokko kanneen jalqaba galmaawan badhaasuf akka jiru dubbatanii jiru. Bitget Wallet'n amma launch godhan kuni akka kan duraani KWC verify godhu kan barbaadu osoo hin taane, Non-Custodial dha. Kana jechuun banuuf Pin qofa itti gochuu barbaada.  Kanaafuu liinkii gadii bantanii dursitanii galmaa’un badhaasa kana fudhachuu dandeessu.

👉 https://t.me/BitgetWallet_TGBot/BGW?startapp=sharetask-2w3jLrLYWmKgwsJN2

SBO Press

27 Oct, 16:06


Beeksisa Dorgommii

Koollejjii Barnoota Barsiisotaa keessatti leenjii kaadhimamtoota barsiisotaa bara 2017 gaggeeffamuuf barattoota kutaa 12ffaa xumuran keessa filachuuf qajeelfama qophaa’e. 👇

👉 See More

SBO Press

27 Oct, 13:33


Beeksisa 👇

👉 Register Here

SBO Press

25 Oct, 13:37


Pirojektii Gurguddaa Telegiraama 3 kanneen yeroo ammaa xiyyeeffannoon hojjachuun barbaachisu!
👉 Majors
👉 Blum
👉 Not Pixel

Airdrop sadeen kana hanga ammaatti hin jalqabne yoo ta'ee maqaa isaanii asiin ol jiru qubaan tuqtee jalqabuu dandeessa.

SBO Press

24 Oct, 15:24


Airdrop'n kuni dhiheenyatti jalqabame. Guyyatti kaardii 3 siif kenna. Tokkon tokko kaardii sana second 30'f gadii qabdanii yeroo turtan badhaasa USDT siif kenna. USDT'n kee 5 yeroo gahuu Wallet barbaadde irratti Withdraw gochuun gara qarshii Itiyoophiyaatti jijjirachuu dandeessa. Dhiheenyatti waan gadii lakkifameef dursitee yeroon yoo jalqabde qarshii gaarii irraa argachuu dandeessu.

👉 https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5633382527

SBO Press

24 Oct, 14:48


Barsiisonni Beeksisa BBO baasee dorgomtanii turtan file kana irraa maqaa keessanii fi Godina itti ramadamtan ilaaluu dandeessu. 👇👇

👉 Start to See

SBO Press

24 Oct, 14:37


Barsiisonni Sagantaa Dippiloomaan Koollejjii irraa Eebbifamtanii hanga ammatti qacarrii osoo hin argatiin jirtan hundi BBO ragaa keessan gaafatee waan jiruuf Koollejjii irraa eebbifamtanii turtanitti argamun akka galmooftan isin gaafachaa jiru.

👇👇👇

👉 Start $Rating

SBO Press

23 Oct, 16:30


Airdrop'n kuni $Rating jedhama. Haaraya ammuma reefuu eegalama. Erga eegalee guyyaa 8 qofa. Akkuma Majors Task qofa hojjachuun Rating Star walitti qabaachuu dandeessu. Kanaafuu waliin eegallee Rating Stars walitti haa qabannu. Daily Combo Rating Star guyyaa guyyaan argachuuf channel 👉 Rating Daily Combo join godha.

Rating jalqabuuf immoo 👇👇

👉 https://t.me/rating/app?startapp=ref_d7be935633382527

SBO Press

23 Oct, 13:39


Namoonni Blum yeroo taphattan Dogs waliin argattan jirtu?

Guyyaa hara Blum kiyya irratti badhaasa Dogs argachuun Dogs fi Blum waliin taphachuu eegaleen jira.

Atilleen yoo hara argachuu baattee illee yeroo itti aanuu irratti argachuu dandeessa.  Yoo badhaasa Dogs kan hin arganne ta'ee illee airdrop'n Blum kuni yeroo ammaa premarket irratti kan argamu yoo ta’u gatiin isaa baayyee qaaliidha. Dhiheenyatti list ta'uuf jira. Kanaafuu yeroo duwwaa qabdan fayyadamun airdrop kana walitti qabaachuun coin keessan guddisuu akka hin daganne isiniif dhaamuun barbaada. Dabalatan Wallet connect itti gochuu hin dagatinaa.

Namoonni hin jalqabiin liinkii gadii banuun jalqabuu dandeessu

👉 https://t.me/blum/app?startapp=ref_r7Hj4oiOnl

SBO Press

22 Oct, 17:18


Fade Wallet akkuma Binance fi Bitget Exchange crypto yoo ta’u, akka Telegram Wallet tti Telegram irratti daldaluuf kan gargaarudha. Airdrop hojjachaa jirtan illee Withdraw irratti godhachuu dandeessu.

Kanaafuu liinkii gadii kana bantanii Wallet kana KYC malee banachuu ni dandeessu.

👉 https://t.me/fadewalletbot/app?startapp=6ace4513627b4c2eb2eafab8f92e139d

SBO Press

21 Oct, 17:47


Daballiin miindaa ji'a onkoloolessaa irraa hojiirra ni oola jedhame

SBO Press

21 Oct, 14:46


Waamicha Qacarrii Biiroo Barnoota Bulchinsa Magaalaa Finfinnee

#Share

SBO Press

20 Oct, 15:18


Onus Airdrop Map

Airdrop'n kuni akkuma suuraa irratti mul’atu November keessa list ta'uuf jira. Airdrop kana active taatee yoo taphatte badhaasa TON guyyaa guyyaan inni dhiheessu illee injifachuu ni dandeessa. Kanaafuu yoo airdrop kana walitti qabaachuu kan barbaaddu ta'ee liinkii gadii kana banuun jalqabuu dandeessu.

👉 https://t.me/onus_tap_tap_tap_bot/join?startapp=1734651946769