የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የቤተሰብ አገልግሎት ክፍል ለዓምስት ተከታታይ አመታት ሲያሰለጥናቸው የቆየውን የቤተሰብ አገልግሎት አሰልጣኞችን አስመረቀ
* * * * * * *
ሰልጣኞቹም ከሁሉም የቤተክርስቲያኒቱ ሲኖዶስ እና ከተለያዩ አብያተ ክርስቲያናት የመጡ አሰልጣኞች ሲሆኑ ለአምስት አመታት ተከፋፍለው በተዘጋጁ የሥልጠና ሞጁሎች ሥልጠናቸውን ተከታትለዋል።
በምረቃው ወቅት የቤተክርስቲያኒቱ ጠቅላይ ጸሐፊ ቄስ ተሾመ አመኑ እንደገለፁት የቤተሰብ አገልግሎት ቤተ ክርስቲያን ልዩ ትኩረት በመስጠት በስልታዊ እቅዷ ውስጥ አካታ እየሰራችበት ያለ አገልግሎት እንደሆነ ገልጸዋል ። ስልጠናውን በአጋርነት ሲሰጥ የቆየውን የኮንኮርድያ የቤተሰብ ማዕከልን (Concordia Center for Family)፣ አሰልጣኞችን እና አስተባባሪዎችን አመስግነዋል።
የአምስተኛው አመት ሥልጠና የወላጅነት ሚና በሚል መሪ ሀሳብ የተሰጠ ሲሆን ሰልጣኞች በስልጠናው ሰፊ መረዳት መጨበጣቸውን ገልፀዋል። ወደ መጡባቸው የአገልግሎት አከባቢ ሲመለሱ አገልጋዮችን እና ምዕመናንን ማሰልጠን እንደሚቀጥሉ ገልፀዋል።
የምርቃት ሥነ-ሥርዓቱም የሰልጣኝ ቤተሰቦች በተገኙበት በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል ተካሂዷል።
- - - - - -
Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesus Itiyoophiyaatti, kutaan tajaajila maatii, leenjistoota tajaajila maatii kan waggoota shaniif leenjisaa ture eebbisiise.
* * * * * * *
Leenjitoonni, leenjistoota Sinoodoosota Waldichaa hundaa fi Waldoolee kiristiyaanaa adda addaa irraa dhufan yoo ta'an, moojuulota waggoota shaniif qoqqoodamanii qophaa'aniin leenjii isaanii hordofanii jiru.
Sirna eebbaa irrattis, barreessaan waliigalaa waldichaa Lubni Tashoomaa Ammanuu, tajaajilli maatii, tajaajila waldaan xiyyeeffannoo addaa kennuudhaan, karoora tarsiimoo ishee keessatti dabaltee irratti hojjechaa jirtu akka ta'e ibsanii jiru. Leenjicha walta'iinsaan kennaa kan ture Giddugala Maatii Konkordiyaa (Concordia Center for Family), leenjistootaa fi qindeessitoota galateeffatanii jiru.
Leenjiin Waggaa shanaffaa, mata-duree 'Gahee Abbummaa fi Haadhummaa' jedhu irratti kan kenname yoo ta'u, leenjicha irraa hubannoo bal'aa argachuu isaanii leenjifamtoonni ibsanii jiru. Gara iddoo dhufaniitti yeroo deebi'an, tajaajiltootaa fi amantoota leenjisuu akka itti fufanis ibsanii jiru.
Sirni eebbaa leenjifamtootaa, iddoo maatiin isaanii argamanitti, giddugala leenjii hunda-galeessaa Guddinaa Tumsaatti gaggeeffamee jira.
ለበለጠ መረጃ ሌሎች የቤተ ክርስቲያኒቱን የመረጃ ምንጮች ይከታተሉ፡
Facebook- facebook.com/profile.php?id=100072514116480
Telegram- https://t.me/EECMYeth
YouTube- https://youtube.com/@mekaneyesusofficial?si=akgvpEk4kx1nNUoM