Rammis Bank internal @baankiiraammis Channel on Telegram

Rammis Bank internal

@baankiiraammis


Baankii Raammis _ Baankii dhalarraa Bilisaa baankii Daldala Halaal hojjattu -
Baankii Hawaasa Bal'aa yaada keessa galchuudhaan kan quuqamu yoo ta'u Baankiin Raammis Baankii Jijjirama ummataatiif Onnattee ka'eedha.

Rammis Bank official (Amharic)

በካምፓስ ርሊያ፡ ቺንነል ዑኛነው የሚያደርገው ሊንክ፡ በትርጉም ምርጥ፡ ሳይክ፡ የይሊንክ ሊንክ፡ ተርጉም በተነሳና በምክኮረኛ፡ መንገብ፡ በፊታታና በአማካኝ፡ የቡድን፡ ምግብና፡ የወጣቶችን፡ አብዛኛ፡ መንገብ፡ በነጻነት፡ ይዞሮስ ቴም፡ በአለርና፡ በዚህ፡ አክብሮና፡ የሚመራ በማለፍም፡ ራሱ፡ በምርጥ፡ ግንኙነት እንዲሰጡ፡ ለማድረስ፡ ራሱ፡ ይሆንም የምግብና፡ ወጣቶች፤ ለድጋ፡ ሰማዕታት፤ ለእናት፤ ለእናቶች፤ ለእግዚኦን፤ ለወጣቶችና፤ ለእነሱና ለመምህር፤ ለሆኖ ተላዋፍ፣ ለመንገት፣ ለእና ለእሳት፣ ለለም፣ ተለማስሐ፤ ለጥራ፤ ለአእምሮው፤ በጊዜ፣ አገር፡ ከእባብ፡ ከደንሶች፡ ከድህነት፡ ከመንፈስ፡ ከመግለጫ፡ ምርጥ፡ ምርጥ፡ በሞታ፡ እየ፥ አክብሮናብ፡ እናናም፡ እናት፥ እናቶች፥ እግዚአብሔርብ፡ እናጅም፤ እናቱ፤ እነሱና መምህር፡ እናኽ፤ እናኢ፤ ለአሚክሩማ፡ እናና፡ ለኦ፡ እናሂስናብናት፡ እናእናት፡ እናእንድሬ፡ ለሚቯልልማ፤ ለመንገት፡ ለእሳት፡ ለለም፤ ተለም፡ ለጥራ፡ ለአእምሮው፤ በጊዜ፤ ከኦሳን፡ ከምናምናስ፡ ምርጥ፤ ነጭታ፤

Rammis Bank internal

28 Dec, 08:51


Kabajamtoota abbootii aksiyoonaa fi maamiltoota baankii keenyaa!
Baankii Raammis waan filataniif galatoomaa!
Odeeffannoo dabalataaf miidiyaa hawaasaa keenya armaan gadii kanaan nu hordofaa.

Facebook: https://web.facebook.com/profile.php?id=61556722714046
Instagram: https://www.instagram.com/baankiiraammis/
Telegram: https://t.me/rammisbankk
Tiktok: https://www.tiktok.com/@rammis.bank
website: https://rammisbank.et/

ውድ የባንካችን ባለ አክሲዮኖች እንዲሁም ደንበኞች
ራሚስን ስለመረጡ እናመሰግናለን!
ለበለጠ መረጃ የመሃበራዊ ሚድያዎቻችንን
ይቀላቀሉ።
Facebook: https://web.facebook.com/profile.php?id=61556722714046
Instagram: https://www.instagram.com/baankiiraammis/
Telegram: https://t.me/rammisbankk
Tiktok: https://www.tiktok.com/@rammis.bank
website: https://rammisbank.et/

Rammis Bank internal

26 Dec, 07:16


Channel name was changed to «Rammis Bank internal»

Rammis Bank official

16 Sep, 07:15


Abbootii Aksiyoonaa Baankii Raammis hundaaf
Abbootiin aksiyoonaa Baankii Raammis kaffaltiin aksiyoonaa isin irratti hafe Lakk. Herregaa Baankichaa dhimma kanaaf banaman irratti galii taasisuun waraqaa (Deposit Slip) galii ittiin gootanii fi waraqaa eenyummaa keessan qabachuun gara Waajjira Muummee yookiin dameelee Baankii Raammis dhiheenya keessanitti argamanitti deemuun akka kennitan kabajaan isin gaafanna .
 Baankii Raammis 1300013892601,
 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1000400146277
 Baankii Oromiyaa 1331933500003
 Baanki Awaash 014100247403201
 Baankii Daldalaa Itoophiyaa 1000546270867

ለራሚስ ባንክ ባለአክሲዮኖች በሙሉ
የአክሲዮን ክፍያን ከፍላችሁ ያላጠናቀቃችሁ የራሚስ ባንክ ባለአክሲዮኖች በሙሉ የቀረባችሁን ክፍያ ለዚሁ ዓላማ በተከፈቱ ሂሳቦች ገቢ በማድረግ ገቢ ያደረጋችሁበትን የገቢ ወረቀት (Deposit Slip) ከመታወቂያችሁ ጋር በመያዝ በባንካችን ዋና መ/ቤት ወይም አቅራቢያዎ በሚገኙ የባንካችን ቅርንጫፎች እንድትሰጡ በአክብሮት እንጠይቃለን፡፡
 በራሚስ ባንክ 1300013892601፣
 ኦሮሚያ ህብረት ስራ ባንክ 1000400146277፣
 ኦሮሚያ ባንክ 1331933500003፣
 አዋሽ ባንክ 014100247403201
 በኢትዮጵያ ንግድ ባንክ 1000546270867

Rammis Bank official

06 Nov, 06:30


Application Link
https://bit.ly/3UnbLA0

Rammis Bank official

05 Nov, 09:48


🔆🔆13 new vacancy Rammis Bank for fresh graduates with zero years experience

💯 በሪፓርተር ጋዜጣ የሚወጡትን የሥራ ማስታወቂያዎች በፍጥነት በአጭር የፅሁፍ መልዕክት (SMS) መልክ በስልክዎ ላይ እንዲደርስዎ ወደ 7474 OK ብለው ይላኩ።

::••••• ✿::✿:: ✿::✿:: ✿•••••::
🔆 Rammis Bank S.C
::••••• ✿::✿:: ✿::✿:: ✿•••••::

::••••• ✿::✿:: ✿::✿:: ✿•••••::
Graduate trainee (Zero years)
Customer Service Officer
Senior Customer Service Officer- Cash
Branch Auditor
Branch Accountant
Manager Core Banking & Office Automation
Manager Database Administration and Support
Manager, Datacenter Services & Infrastructure
Manager Digital Channel Technical
Branch Manager
Branch Customer Service Manager
Director, Internal Audit
Director, Risk and Compliance

📌 የሚፈለጉት የትምህርት ደረጃዎች: Economics, Accounting, Management, Banking and finance, business-related fields, Computer science, Electrical engineering, computer Engineering, Software Engineer, Information technology

📌 ብዛት: 100 +

📌 ሰለ ሰራዎቹ ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ
👉 https://bit.ly/3NFNiDZ
::••••• ✿::✿:: ✿::✿:: ✿•••••::





::••••• ✿::✿:: ✿::✿:: ✿•••••::
💯 Don't forget to share/ወዳጅ ዘመድዎ እንዲደርሰው ሼር ያድርጉ
::••••• ✿::✿:: ✿::✿:: ✿•••••::


◢◤◢◤◢◤◢◤◢◤◢◤◢◤
𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗼𝘂𝗿 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹
ıllıllı @ethreporterjobs ıllıllı
ıllıllı @ethreporterjobs ıllıllı
ıllıllı @ethreporterjobs ıllıllı
◢◤◢◤◢◤◢◤◢◤◢◤◢◤

Rammis Bank official

25 Aug, 20:02


Sheekni keenya Sheek Alii jimmaa akkuma yeroo ammaan Duraa waamicha Baankii Raammis Awwaachaa turan har'as awwaatanii sagantaa mallattoo abbootii aksiyoonaa irratti argamanii mallatteeysaniiti jiru

Yeroo mallttoodhaaf dhufanitti Warreen dhufanii hin mallateeysin hanga jimmata boriitti dhaqabadhaa jechuu dhaamsa isaanii nuuf dabarsan.
Galatoomaa jennaan.

Rammis Bank official

19 Aug, 20:29


Mr. Ziyad waxa uu gutay waajibaadkiisii ​​shaqo ka dib markii uu maanta ka qayb galay xafladda saxeexa saamilayda Bangiga Rammis.

Mr. Ziyad has done his duty by attending the signing ceremony of the shareholders of Rammis Bank today

obbo ziyad guyyaa har'aa iddoo mallattoo abbootii aksoyoonaa baankii raammis itti gaggeeufamaa jirutti arkamuun dirqama isaanii bahaniiti jiran galatoomaa jennaan

Rammis Bank official

19 Aug, 20:02


Halkan gaarii jechaa saganataan mallattoo abbootii aksiyoonaa Giddu gala aadaa oromootti kan gaggeyfamaa jiru boru guyyaa 20ffaa ta'uu akka hin daganne hubadhaa.

Rammis Bank official

19 Aug, 19:18


Sagantaa mallattoo abbootii aksiyoona
#Baankii_Raammiis guyyaa #19ffaa
Oolmaa guyyaa har'aaa keysatti ijoollee abdii borii guddisa gaarii abbaa fi haadha gaarii maatii gaarii hawaasa gaarii qabaniin bareedee ooleera.
Kun kan nu agarsiisu Baankiin Raammiis baankii hundaa ta'uu xiqqaa hanga guddaadhaatti kan of jalatti hammatu fi generation egereef kan qopheessu dhaaltota biyyaatiif kunuunsa kan godhuu fi kan xiyyeeffatu ta'uu isaati.

Akka kaleessaa dhaloota biyya dhaalu itti yaadanii roga kamiinuu keysattuu diingdeen leenjisuu dhabuun dogongora 2ffaa akka hin taane hubatee
baankiin keessan baankiin Raammis xiyeeffannoo guddaa itti kennuu isaa nu agarsiisa.
Kottaa walumaan wal ijaarree wal deeggarree wal haguddifnu .

Rammis Bank official

19 Aug, 19:10


GUYYAAN 19FFAA SAGANTAA MALLATTOO ABBOOTII AKSIYOONAA.

Rammis Bank official

19 Aug, 18:58


Odeeffannoo dabalataatiif karaa marsaalee intarneetaa armaan gadii kanaan nu hordofaa.
👇
https://linktr.ee/Rammis

Rammis Bank official

18 Aug, 19:48


IRRA DEEBIIN AMMAS BEKSISA GABAABAA
BAANKII RAAMMIS IRRAA
ABBOOTII AKSIYOONAA KAN TAATAN
DHUFTANII WORRA HIN MALLATTEESSINIIF
GUYYAA 2 QOFA QABDUU AKKASITTI BEEKAA CARRAAN KUN ISIN HIN DABRIN.

Rammis Bank official

17 Aug, 18:49


OOLMAA GUYYAA 17FFAA
MISEENSOTA BOORDII BAANKII RAAMMIS HEDDUUN GIDDU GALA AADAA OROMOTTI ARGAMANII YEROO SIRNA MALLATTOO (SUURADHAAN)