AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016 @ambo_unversity Channel on Telegram

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

@ambo_unversity


OFICIAL YUNIVARSITI AMBO CHANNEL YUNION BARATTOOTAA.

YAADA(YAADANNOO) FI YAADA KAMIYYUUF WALDIINNI ISIN DANDEEFFATA!!
👆👆👆👆👆👆👆👆
This is Ambo University's Official Telegram Channel.
Website:- www.ambou.edu.et
Facebook page:-https://m.facebook

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016 (Amharic)

አስተዳደር ኣምቦ ዩኒቨርሲቲ ተማሪ ምዕራው 2023/2016 ኣምቦ ዩኒቨርሲቲ ተማሪ፣ ኣለምበሳ እና የክለኩሳዊ ተማሪዎች በፊት ነው። ይህ በኣምቦ ዩኒቨርሲቲ ዘመን የተጠበቀ ቴሌግራም ቻናል ነው። ዌብስድ:- www.ambou.edu.et ፌስቡክ ገጽ:- https://m.facebook ይህን ታሪኩን በአማርኛ እናገኛለን። በዚህ ታሪኩ አምቦ ዩኒቨርሲቲ ማህበረሰብን እና እንቅስቃሴዎች ምክንያትን እንዲሁም አስቂኝ መረጃዎችን ይዘናል።

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 19:51


Waamichi Yuunivarsiitii Wallagaa Amajjii 19/2017 ta'uu akka hin dagannee barattoota keenya

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 19:51


#Beeksisa_Waamicha
#Yuunivarsiitii_Boongaa

🔔Barattoonii Sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program ) haara bara 2017 Yuunivarsiitii Boongaatti ramadamtan guyyaan galmee  Guraandhala 1-2/2017   ta'uu Yuunivarsiitichi beeksisee jira.

➡️Wantoota galmeef barbaachisan:-

✔️Ragaa Xumura Kutaa 8ffaa fi 12ffaa kooppii fi orijinaala
✔️tiraanskriiptii  kutaa 9-12ffaa kooppii fi orijinaala
✔️Suuraa roga 3×4: 6
✔️Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoortiiti.


@MEDIA_HAQAA

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 19:50


Hi Dawit , Thank you for joining us!

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 07:14


Joobirri yeroo rakkinni dullumaa isa mudatu maal godha?      
🛣 ICCIITII MILKAA'INA JOOBIRAA IRRAA MAAL BARANNA?

Uumamoota Rabbiin addunyaa kana irratti uume naannoo keenya gaafa ilaallu waa'ee jireenya keenyaa yoo nutti himuu baatanillee gaafa xiinxallee laallu nutti  Mul'isuu akka danda'an quba qabdaa?
ICCIITII MILKAA'INA JOOBIRAA IRRAA MAAL BARANNA? Gaaffii jedhuuf bifa armaan gadiin gabaabsee ibsuuf yaaleera.

1. OL FAGAATEE BALALI'A :- Allaattota ol fageenya irra balali'an keessaa "JOOBIRRRI" isa duraati.
👉 Haalotaa fi Wantoota keessa jirtuu ol ta'ii jiraadhu.

2. MUL'ATA QABA:- Hanga fageenya KM 5tti haalaan arguu danda'a.
👉 Fagoo deemuu yoo barbaadde fageessii argi. Nama jijjiirama fidu ta'uuf fageessii argi. "EGEREE KEEF IMMOO MUL'ATA QABAADHU"!

3. DU'AA HIN NYAATU:- joobirri Nyaata barbaadus isa jiru fayyadama malee isa du'e hin fayyadamu.
👉 Galma milkaa'ina kee boruuf fuuldura ilaali malee abdii kutannaan gara booddee deebitee guyyaa kaleessaa hin fayyadamin.

4. BUBBEETTI FAYYADAMA:- Joobirri balali'ee iddoo barbaaduu fi akka barbaadutti imaluuf "bubbee" fayyadama.
👉 Rakkina si qunnamu kamuu tooftaa ittiin carraa gaariitti ittiin jijjiirtee fayyadamtu barbaadi malee rakkina si mudateef "RAAWWATTEE KAAYYOO KEE HIN DAANGESSIN"

5. LEENJII CIMAA GAGGEESSA:- Amaloota joobiraa keessaa inni kun karaa inni ittiin cuucota isaa ittiin leenjisu kan ibsuudha. Cuucota (ilmoolee) isaa qabatee gara samiitti balal'uun erga olfageessee qilleensa irratti gadi lakkisa; garuu osoo cuuciin sun lafa hin bu'in qabuun miidhama oolcha.
👉 Namootaaf ilaalcha gaarii qabaadhu; akka isaan moo'ataniifis aarsaa sirraa eegamu kafali. "ATI KOPHAA DHALACHUU DANDEESSA, GARUU KOPHAAF HIN DHALANNE".

6. WALIIN HOJJATA:- Joobirri isheen dhaltuun yommuu cuucota ishee hammattee kunuunsitu, joobirri inni kormaan immoo wantoota bu'uuraa fi iddoo jireenyaa tolchaafi.
👉 Nama kamuu ta'i, waan kamuu qabaadhu, eessayyuu jiraadhu, galma ga'uumsa kaayyoo kee isa dhugaaf nama dhugaa wajjiin hojjadhu.

1.Of haaromsa

2.Warra kaan irraa adda baha.

3.Gara kattaatti baqachuun qofaatti mana ijaarrata!

4.Huruusaa sana utuma dhukkubuu kattaatti rigee( kattaatti rurrukute) of irraa caccabsa.

√Ni madaa'a garuu yeroo muraasa booda biqilaaf!

√Yeroo kana barrisuu waaan hindandeenyeef godoo ( bakka qopheeffate ) tura.

5.Yeroo huuruun isaa biqilu immoo itti fufe qeensa dulloome of irraa bubuqqisa.

6.Yeroo qeensi isaa biqiluuf bakka Fincaa'a( water fall) deemuun jala lixee koochoo dullooma kana bishaaniin laaffisa, dhiqata.

√Kana booda koochoo kana of irraa bubuqqisa

√Koochoon ( Baalleen) haaraan deebi'ee biqilaaf.

Akkasitti Joobirri of haaresse,rakkina mo'ate itti fufee jiraata.
Gorsa gabaabaa!

Rakkina si qunnamu Osoo  hin taane galma kee ilaali.

Faallaa kaayyoo keeti namoota adeeman irraa adda bahi.

Jireenya keessatti chaalenjiin akka baay'atu hindagatiin!

Jijjirama caaluuf of qopheessi( update your self )

Gatii kaffalamuu qabu,mullaata keef kaffali!

Namoonni irraa waa barattan like godha!
Seenaa joobiraa kanarraa waan hedduu akka barattan abdiin qaba


https://t.me/MAHI_SHOW12

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 06:50


Share Civics Final Exam-1

AAU

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 06:43


Qoodinsi baasii nyaataa barattoota yunivarsiitiiwwan of danda’aniif karaa sadii hojiirra akka oolu ibsameera.

Itti gaafatamaan dhimma bulchiinsaa damee barnoota olaanoo Ministeera Barnootaa obbo Abdu Nasser rippoortara kanaaf akka himanitti, barattoonni ramaddii mootummaan yunivarsiitiiwwan of danda’anii keessatti baratan tajaajila nyaataa guyyaa guyyaa irraa fayyadamoo ta’aa jiru yoo ta’e, baasii kana qooddachuuf dirqama ta’a.

Qondaalli kun akka ibsanitti, yunivarsiitiiwwan of danda’an keessatti barattoonni gosa sadii akka jiran; Kaffaltii guutuu akka danda’an, yuunivarsitichi baasii isaanii kan uwwisu ta’uu fi baasii qooddachuuf itti gaafatamummaa akka qabaatan eeraniiru.

Barattoonni yeroon barnootaa xiqqaan waggaa afur akka ta’e ibsaniiru, yeroo kana keessatti barattuu tokkoof nyaata waliin qooddachuuf baasii birrii kuma 120, barnoonni fayyaa waggaa torbaa ammoo birrii kuma 210 akka ta’u ibsaniiru.

Sadarkaan qoodinsa baasii nyaata barat tokkoon damee barnootaa keessatti adda adda. @ambo_unversity

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 06:40


ድሬዳዋ ዩኒቨርሲቲ የአቅም ማሻሻያ ትምህርት (Remedial Program) ተማሪዎችን መቀበል ጀምሯል።

ድሬዳዋ ዩኒቨርሲቲ በ2017 ዓ.ም ለሪሚዲያል ፕሮግራም የተመደቡ ተማሪዎች ለጥር 3 እና 4/2017 ዓ.ም ጥሪ ማድረጉ ይታወቃል።

@tikvahuniversity

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

21 Jan, 06:40


የራስ ገዝ ዩኒቨርሲቲዎች ተማሪዎች የምግብ ወጪ መጋራት በሦስት ዓይነት አሠራሮች እንደሚተገበር ተገለፀ፡፡

በመንግሥት ምደባ በራስ ገዝ ዩኒቨርሲቲዎች የሚማሩ ተማሪዎች ዕለታዊ የምግብ አገልግሎት ተጠቃሚ ከሆኑ የወጪ መጋራት ግዴታ እንደሚመለከታቸው በትምህርት ሚኒስቴር ከፍተኛ ትምህርት ዘርፍ የአስተዳደር ጉዳዮች ኃላፊ አብዱ ናስር ለሪፖርተር ተናግረዋል፡፡

በራስ ገዝ ዩኒቨርሲቲዎች ሦስት ዓይነት ተማሪዎች እንደሚገኙ የገለፁት ኃላፊው፤ ሙሉ ለሙሉ ክፍያቸውን የሚችሉ፣ ዩኒቨርሲቲው ወጪያቸውን የሚሸፍንላቸው እና የወጪ መጋራት የሚመለከታቸው መሆናቸውን ጠቁመዋል፡፡

የተማሪዎች ዝቅተኛው የትምህርት ቆይታ ጊዜ አራት ዓመት ሲሆን፣ በዚህ ጊዜ ውስጥ የአንድ ተማሪ የምግብ ወጪ መጋራት ሲሰላ 120,000 ብር እንደሚሆንና የሰባት ዓመት ቆይታ ያለው የሕክምና ትምህርት ደግሞ 210,000 ብር እንደሆነ ገልፀዋል፡፡

የተማሪዎች የምግብ ወጪ መጋራት ተመን በየትምህርት ዘርፍ የዋጋ ልዩነት ያለው ሲሆን፤ ይህም በተማሪዎች የትምህርት ፕሮግራም ቆይታ ስሌት መሠረት እንደሚሆን ኃላፊው አስረድተዋል፡፡

ራስ ገዙ አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ዘንድሮ 5,000 ተማሪዎች የተቀበለ ሲሆን፤ 2,500 በራሳቸው ከፍለው የሚማሩና ወጪ መጋራቱ የማይመለከታቸው ናቸው፡፡ የተቀሩት 2,500 ተማሪዎች ደግሞ መደበኛው የመንግሥት ወጪ መጋራት የማይከመለታቸው ሲሆኑ፤ ከእነዚህ ውስጥ ዩኒቨርሲቲው ወጪያቸውን የሚሸፍንላቸው እንዳሉ አስረድተዋል፡፡

የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ዕለታዊ የምግብ ወጪ ተመን ከታህሳስ 1/2017 ዓ.ም ጀምሮ 100 ብር እንዲሆን ተወስኗል። ትምህርት ሚኒስቴር ወጥ የሆነ የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች የምግብ ሜኑ በማዘጋጀት ለሁሉም ዩኒቨርሲቲዎች መላኩም ይታወቃል፡፡ #ሪፖርተር

@tikvahuniversity

AMBO UNIVERSITY STUDENTS UNION 2023/2016

02 Jan, 13:16


👀Yuunivarsiitii Barattoota Remedial Bara 2017 Waamicha Taasisan

✔️MizanTep_University
✔️Yuunivarsiitii_Jigjigaa
✔️DirreDawaa_University
✔️Yuunivarsiitii_Qabiirdahaar
✔️Yuunivarsiitii_Aarbaa_Minci
✔️Yuunivarsiitii_Aksum
✔️Yuunivarsiitii_Diillaa
✔️Yuunivarsiitii_Bulee_Horaa
✔️Yuunivarsiitii_Odaa_Bultum
✔️Yuunivarsiitii_Haramayaa
✔️Yuunivarsiitii_Wachamoo
✔️Yuunivarsiitii_Bahaardaar
✔️Yuunivarsiitii_Gondar
✔️Yuunivarsiitii_Booranaa
✔️Yuunivarsiitii_Wolayitaa_Sooddoo
✔️WalloUniversity
✔️Yuunivarsiitii_Mattuu
✔️Yuunivarsiitii_raayyaa
✔️Yuunivarsiitii_Madda_Walaabuu
✔️Yuunivarsiitii_Injibiraa
✔️Yuunivarsiitii_Asoosaa

➡️Yuunivarsiitiileen Armaan Olitti HeeramanYuunivarsiitiiwwan Barattoota Isaaniitiif Waamicha Taasisanidha Kan Hafan Yoo jiraates itti daballa.

@MEDIA_HAQAA