Kush Moodā„¢ šŸ˜ @kushmood Channel on Telegram

Kush Moodā„¢ šŸ˜

@kushmood


Ź™į“€É¢į“€ É¢į“€Ź€į“€ į“„Źœį“€É“É“į“‡ŹŸ į“‹į“œźœ±Źœ į“į“į“į“… į“…Źœį“œźœ°į“›į“€É“ !!

Koottaa nu waliin kolfaa buhaaraa. į“„Ź€į“‡į“€į“›į“Ź€:- @Joniorkiyou

Sirboota Afaan oromoo durii fi Ammayyaas ni argattu!

Kush Moodā„¢ (Oromo)

Kush Moodā„¢ is a Telegram channel dedicated to creating a fun and uplifting space for Oromo speakers. With the username @kushmood, this channel brings together individuals who share a love for Oromo culture and language. The channel description, 'Ź™į“€É¢į“€ É¢į“€Ź€į“€ į“„Źœį“€É“É“į“‡ŹŸ į“‹į“œźœ±Źœ į“į“į“į“… į“…Źœį“œźœ°į“›į“€É“ !!

Koottaa nu waliin kolfaa buhaaraa. į“„Ź€į“‡į“€į“›į“Ź€:- @Joniorkiyou

Sirboota Afaan oromoo durii fi Ammayyaas ni argattu!!', showcases the channel's focus on entertainment and community building. Whether you're looking to connect with others who share your language and heritage or simply looking for some uplifting content, Kush Moodā„¢ is the perfect place to be. Join us today and be a part of this vibrant Oromo-speaking community!

Kush Moodā„¢ šŸ˜

19 Jan, 13:52


Namni Hundi Si jaallachuu hin danda'u Sababni isaa ati Birrii šŸ’¶ Miti

Kush Moodā„¢ šŸ˜

18 Jan, 17:37


GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA

Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa šŸ‘‡šŸ‘‡

Kush Moodā„¢ šŸ˜

18 Jan, 05:27


Namni si jaallatu yoo sitti Mufate Dogongora hojjattee jirta jechuudha! Garuu Namni si jibbu yoo sitti Mufate Sirrii hojjattee jirta jechuudha itti fufi!!

#Yeeroo_Gaarii_Family ā˜•ļø

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

17 Jan, 16:16


Nama Sababa tokko malee si jibbu yoo agarte BooksiišŸ‘Š fi kaballaanšŸ‘‹ Takkaa lama jedhiinii Erga si jibbuun hin Oolle Sababaan akka si jibbu godhi !!

Kush Moodā„¢ šŸ˜

17 Jan, 11:19


New Ethiopian Oromic Music 2025

šŸŽ§ Yared Negu [ Kolfi Malee ]

Kush Moodā„¢ šŸ˜

17 Jan, 07:26


Gurbaan tokko saantima (šŸŖ™) liqimsee Saantimni sun qoonqootti rakkatte. Sana booda wallaansa barbaachisu argachuuf gara Hospitaalaa deeme. Qorannoon erga taasifameefii booda saantimni sun tajaajila wallaansa baqaqsanii hodhuun malee keessaa ba'uu akka hin dandeenye itti himame. Beellamni kennameefii yeroon isaa yoo ga'u kutaa itti baqaqfamu seene. Sodaa guddaa keessa ture. Baay'ee akka inni sodaachaa jiru kan hubate Doktorri haasaa gabaabaa waliin taasise:
šŸ‘Øā€āš•#Doktora:- Baay'ee waan sodaatte natti fakkaata.
šŸš½ #Dhukkubsataa:- Eyyee Doktor baqaqfamuu caalaa maaltu nama sodaachisa jetteeti?

šŸ‘Øā€āš•#Doktora:- Hin sodaatiin. Hanga ammaatti namoota ani baqaqsee hodhuun wallaane keessaa namni du'e tokko qofa.
šŸš½ #Dhukkubsataa:- Tole Doktor! Hanga ammaatti namoota meeqa baqaqsitee hodhiteetta?
šŸ‘Øā€āš•#Doktera:- Ati lammaffaa kooti! šŸ˜

ā™” 慤    āŽ™ć…¤   āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    copy link     Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

16 Jan, 16:24


šŸ˜Ž:- Maaloo Sister Naannawa kanatti Poolisii Agartee?
šŸ‘©:- Woy Bro koo Hin agarre
Maal taate Wanti si gargaaru ni jiraa?
:
:
:
:
šŸ˜Ž:- Dafi Bilbilaa fi waan Kiishaa qabdu hundaa As kenni šŸ”Ŗ šŸ˜¹

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
ReactšŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

16 Jan, 06:56


āœˆļøXiyyaara wayiitu Machaa'ota hedduu fe'ee Balali'aa jira;

Machaa'onni kunniin akka malee iyyu; Ni jeequ.

Gidduudhaan Machaa'aan Tokko Paayileetii bira deemee Xiyyaara Balaliisuu na barsiistu malee jedhee itti haasaya

Paayileetichis rakkoo hin qabu isaannan jeeqaa jiran sana Yoo Callisiiste Si barsiisa jedheen.. Machaa'aan kuni gara Machaa'otaa deemuun Callisiisee gara Paayileetii Deebi'e..

Paayileetichis baayyee Dinqisiifatee; Maal jetteenii akkanatti Callisan jedhee gaafate..!
.
.
.
#Machaa'aaį”- Ulaa Xiyyaaraa banee Daqiiqaa muraasaaf Ala ba'aa taphadhaa jedheeniiti..šŸ˜³šŸ˜‚

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

15 Jan, 19:03


Ollaa Kee Deemtee Laaqana nyaadhu Yoo siin jedhan Nyaadheera jetteenii Foon dhiyeessanii nyaachuu yoo Eegalan..

"Garuu Cireedha kan nyaadhe" šŸ˜„šŸ¤£

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

15 Jan, 15:03


Fiilmii Daa'imni Umrii 5 irratti wajjattu irratti Umrii 18 Gadi Daawwachuun Dhoorkaadha jedha (šŸ”ž) šŸ˜‚

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

15 Jan, 10:03


#ishee:- qaalii koo Laaqana siif Dhiyeessuu?
#isa:- Eeyyee!
#ishee:- MixmixxaašŸŒ¶ itti siif dabaluu?
#isa:- Lakki Ati yoo jiraatte ga'aadha
怰怰怰怰怰怰šŸ¤—

Kush Moodā„¢ šŸ˜

15 Jan, 08:31


"Ganama Yeeroon iddoo ciisuu ka'ee FerrarišŸš˜ too Keessa seeneen Gara mana koo kan Boolee sana deemeen Qilleensa Midhaagaa Shaggar Kana keessa Poolii bishaanii koo DaakuušŸŠā€ā™‚jalqabe. Sana booda Gara Stadium Deemuu yaadeen Ferrari too Saffisaan Oofee deeme. Namni daandii irra baayyee hin jiru Sana booda Stadium yoo Ga'u Saffisa Koo hir'iseen Gara Meeksikoo imaluu jalqabe Sana booda naannawa Beheraawii yoon Ga'u Jaartiin wayii kan Daandii Qaxxaamuraa jirtu argeen irraa dhaabee Konkolaataa koo irraa bu'een Jaartii Daandii qaxxaamursiisee ka'ee Gara Konkolaataa koo fiigichaan. . . . "

Eenyuu Abbaa isaati hirribaa kan na dammaqse? šŸ˜”šŸ˜”

šŸ‘§ #Sister:- "Sii hanga ammaa raftaa? Ka'i amma mee Laaqanaaf Daabboo 2 bitii koottu."

Hiyyeessi Abjuun Dhadhaa osoo dhuguu baatee Gogee du'a namichi jedhe Sun Eenyu ture? Dhimma isaati aboo! Ka'ee Gara mana daabboo haa deemu ammašŸš¶ā€āž”ļø
:
ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

14 Jan, 17:44


Jaalallee too waliin Daandii Irra osoo deemaa jirru Gurbaan FurdaanšŸ’Ŗ tokko Jalallee tootitti bu'e Anis baayyee Aareen...šŸ˜”


ilaallachaa hin deemtuuyii jedheen jaalallee tootiin šŸ¤·ā€ā™‚šŸ¤·

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

14 Jan, 08:28


Sammuun nama tokko tokkoo Akkuma kiisha kootiiti #Keessi_DuwwaašŸ¤·ā€ā™‚

Kush Moodā„¢ šŸ˜

13 Jan, 19:07


Bro yaaddee jirtaa Manatti galee Jaartii too Qoosaa kush Mood tokko itti himeen kolfisiisee bohaarsa jettee Galtee Akkuma mana ol seenteen itti himtee Osoo isheen hin kolfin tokko siree jalaa qishqish jedhee yoo kolfušŸ˜šŸ˜…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

13 Jan, 18:47


#LikešŸ‘ Hir'achuu irraa kan ka'e Namni wayii like yoo naa godhe InboxšŸ“© keessaan dhaqee Rabbi siif haa kennu Anas nama Galata Deebisu na haa godhu jechuu Jalqabee jirašŸ„¹šŸ˜‰

Kush Moodā„¢ šŸ˜

13 Jan, 18:40


Guys Waaqni Kalee lama Kan nuuf kenneef tokko Gurgurree Hojii ittiin haa Jalqabnuuf Yoo ta'e hoo šŸ‘€šŸ¤”

#Tokko_yoo_akkas_jedhu_dhaga'eetišŸ˜‚

ā¤ļøć…¤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

29 Dec, 08:50


Kana Beektuuā“

"Haah"šŸ¤‘ Yoo jettan Afaan keessan keessaa Hafuura Hoo'atu ba'a. Garuu "Whooh"šŸ˜† yoo jettan Hafuura qorratu ba'a!

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

28 Dec, 06:41


Takka qubeellaa gaa'elaa quba guddaa irratti godhattee maaliif iddoo sirritti hin godhatin jennaaniin...

"Nama dogongoraatti heerumeeti bar" šŸ¤£

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

27 Dec, 16:06


Jaartiin tiyya ganama ija kee arguu hin Fedhu Jettee Manaa na Ariite..

Amma irbaataaf Ija koo akka hin Agarre Manzaraa ijatti kaayyadhee Galaa jirašŸ˜Ž

šŸ˜‚šŸ˜†šŸ¤£

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

26 Dec, 17:47


šŸŽµ New oromic Music 2024

Artist:- Muluu Baqqalaa
Song:- Jedheetan

Kush Moodā„¢ šŸ˜

26 Dec, 09:42


Emoji kamtu Miira keessan ammaa ibsa Mee?!šŸ˜Š

Ana:- šŸ„“

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

26 Dec, 06:36


Galgala Abjuudhaan Paastaa Nyaachaa bulee šŸ˜‹
.
.
.

Ganama yoo Ka'u irfoonii Koo dhabe šŸ˜³šŸ¤£

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ…

Kush Moodā„¢ šŸ˜

25 Dec, 10:52


Mucayyoo takkaan osoo wal barataa jirru #ilma_Dureessaati jennaaniin Utaaltee natti maramte.. Obboleettii too suuta jedhi Dureessi maqaa Abbaa kootiiti šŸ˜„

ā™” 慤   āŽ™ć…¤  āŒ²          šŸ”•   
Ė”į¶¦įµįµ‰    Ė¢įµƒįµ›įµ‰    Ė¢Ź°įµƒŹ³įµ‰    įµ˜āæįµįµ˜įµ—įµ‰ į¶œŹ°įµƒāæāæįµ‰Ė”
Join Us//šŸ˜ @kushmoodāœ