Yuunivarsiitiiwwan Mootummaa garaa garaa sagantaalee garaa garaatiin kan barsiisan barattoota isaanii Gurraandhala 15 fi 16 bara 2017 ni eebbisiisu.
Yuunivarsiitiiwwan kanneen keessaas Yuunivarsiitii Amboo, Yuunivarsiitii Wallaggaa, Yuunivarsiitii Jigjigaa, Yuunivarsiitii Dabra Taaboor fi Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo ni argamu.
Dhaabbileen kunneen sagantaa digirii jalqabaa fi digirii lammaffaatiin barattoota isaanii ni eebbisiisu.
Eebbifamtoonni baga gammaddan! ๐๐๐
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Website
https://www.qubeeonline.com
https://www.qubeeonline.com