Aliyi Ahimed Ali official @kunmanyanfaunnas Channel on Telegram

Aliyi Ahimed Ali official

@kunmanyanfaunnas


https://www.youtube.com/@aliyiahimedalitube967

kunmanyanfaunnas (English)

Welcome to the official Telegram channel of Aliyi Ahimed Ali, also known as kunmanyanfaunnas! This channel serves as a platform for Aliyi Ahimed Ali to share his thoughts, ideas, and connect with his followers. Aliyi Ahimed Ali is a talented individual who has gained popularity for his insightful content on various topics. Whether you're interested in social issues, personal development, or just looking for some inspiration, kunmanyanfaunnas has something for everyone. By following this channel, you will have exclusive access to Aliyi Ahimed Ali's latest updates, videos, and behind-the-scenes content. You can also engage with other like-minded individuals who share similar interests. Don't miss out on this opportunity to join a community of individuals who are passionate about learning and growing together. Subscribe to kunmanyanfaunnas today and be a part of something special! For more content, you can also check out Aliyi Ahimed Ali's YouTube channel at https://www.youtube.com/@aliyiahimedalitube967. Subscribe to stay updated on his latest videos and projects. Join us on this journey of knowledge, inspiration, and personal growth with kunmanyanfaunnas!

Aliyi Ahimed Ali official

12 Jan, 17:19


Ammuma Murteessi!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waa'ee kaleessaa yaaduu dhiisi! Amma murteessi! Murtoon tokko jireenya kee bara baraan jijjiiruu dandaʼa! Sa'aatii kana irraa eegaluun waanan danda'u hunda nan raawwadha (nan godha) jedhii murteessi!

☁️ Nama kutannoo hin qabne namni barbaadu hin jiru! Kutannoo hin qabdu taanaan ofiifis warra jaallattuufis homaa gochuu hin dandeessu. 

Namni duubatti deebi'u ni qisaasama! Wantoonni ati barbaaddu hundi sodaa kee duuba ta'uu isaa beekuun murannoo qabaachuu qabda! Duubatti deebitee homaa jijjiiruu hin dandeessu; amma yoo jalqabde garuu xumura kee miidhagsuu dandeessa; Nama fooyya'aa ta'uu qabda! Ammuma murteeffadhu Waanuma murteeffatte keessa jiraatta waan ta'eef! Yeroo kee qaalii kana bakka hintaanee fi namoota hin taane wajjin hin qisaasessin. Hiriyaa filadhu bakka ooltus adda baafadhu.

Dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

12 Jan, 16:28


JUSTICE FOR MUSLIM FEMALE STUDENTS IN ETHIOPIA, TIGRAY, AKSUM:
International human rights instrument relevant to women's right to education inter-alia: ICESCR, CEDAW, ACHPR, Declaration on elimination of discrimination and intolerance based on religion as well as article 25, 35, 41, 90 etc of FDRE Constitution explicitly guarantee proper enforcement of the right to education as human right for "Muslim Female Students" in Aksum too. The state (Ethiopia) has obligation to enforce with pursuant to article 9(4), 13 of the Constitution accordingly. Article 27 of VCLT also obliged Ethiopia 🇪🇹 that it cannot raise domestic legal-politico challenges to exonerate from International human rights obligation.
#Ethiopia: Muslim students in #Axum report missing online national exam registration, blame schools for barring them over hijab

Muslim grade 12 students in Axum, #Tigray Region, reported that they were unable to meet the deadline for the national exam's online registration today, January 10, citing a requirement by schools to remove their hijabs for enrollment. The students alleged that they were barred from completing their registration unless they removed the hijab, a demand they say contradicts their religious beliefs.

Speaking anonymously to Addis Standard , one student stated, “We cannot remove our hijabs to register for the national exam, as our religion forbids it. We would rather forgo our education than violate our religious obligation.” A teacher from Axum confirmed that in-person registration for regular students ended last week but noted that online registration officially closed at 4:00 p.m. today, with a separate deadline for extension students.

We call on ruling Government of Ethiopia 🇪🇹, Ministry of Education, Ministry of Justice, National Human Rights Commission, Tigray regional states and all other concerned Government officials to ensure the right to education of Muslim female students in Aksum.

For further information read: https://addisstandard.com/?p=47883

Aliyi Ahimed Ali official

10 Jan, 19:07


Maashaa'allaah gootummaan dhugaa isa kana obboleeysa keenya Abrahim Jemal fi Imam Usmael jabaadhaa!❤️❤️ Hedduu nama gammachiisa! #Shanan Dhuuggoo adda durummaan keenya yoomillee itti fufa!!!!

Aliyi Ahimed Ali official

21 Dec, 20:21


Life skill development!                                  You can contact me                          @fayeralamessa  https://t.me/+juFp2AxKj1QwZTM0

Aliyi Ahimed Ali official

21 Dec, 18:26


African holding group share company that start struggle to change the life standard of oromo's people in Finfine city! We have to stand with them by buying share and inviting our friends!

Aliyi Ahimed Ali official

20 Dec, 05:33


، Yaadachiisa

استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغفرالله استغف الله
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

14 Dec, 12:28


Kampaanii Guddicha Afriikaa, “African Holding Groups”
Kampaanii Guddicha Afriikaa, ”Afrikaa Holding group” mul’ata “Badhaadhina irraa hafaa  dhaloota  dhaalchisuu!” jedhuu qabatee  kan hundeeffame yoo tahuu jechama Jibriin wal gargaartee leenca Hiiti jedhu bu’ureeffachuudhaan Falaasama (1+8>9) kalaqa Afrikaa jalqabaa keessatti kaappitaala hawaasummaa walitti hidhuudhaan Abbootii aksiyoonaa 20,000,000 horatee, kaappitaalaa 20,000,000,000 ( biliyoona digdama) walitti qabuudhaan kampaaniiwwaan 150+ hundeessuudhaan carraa hojii 155,000 uumuudhaaf kan karoorfatee dha.

Falaasamni keenya (1+8>9) Sirna Gadaa Oromoo keessaa kan madde yoo ta’u, 1 tokkummaa kan agarsiisu, + bu’aa tokkummaan qabu, 8 Sirna Gadaa Oromoo keessatti bara baallii yookaan  wal harkaa fuudhiinsaa aangoo kan ibsuu tahee,  9 ammoo lakkoofsa koree hojii raawwachiiftuu hooggantoota Gadaati.
Gurgurtaa Aksyoonaa.
Falaasama (1+ 8 > 9) kalaqa Afrikaa jalqabaa keessatti kaappitaala hawaasummaa walitti hidhuudhaan Abbootii aksiyoonaa 20,000,000 walitti kaappitaalaa 20,000,000,000 ( biliyoona digdama) qabuudhaan kampaaniiwwaan 150 hundeessuudhaan carraa hojii 155,000 uumuudhaaf kan karoorfatee dha

Haaluma kanaa namni kamuu aksiyoona xiqqaan bitachuu danda’uu 5 qarshii 5000 ( kuma shan) Guddaan namni tokko bitachuu danda’uu aksiyoona 5,000 qarshii 5,000,000  (miliyoona shan)
Dhaabbilee addaa adaa bitachuu kan dandaa’an xiqqaan aksiyoona 1000 qarshii  1,000,000 ( miliyoona tokko) guddaan aksiyoona 100,000  qarshii 100,000,000 ( miliyoona dhibba tokko)

Gurgurtaa Gogoo Housing and Smart Real Estate
Lafa bulchiinsa magaalaa Finfinnee irraa fudhannee hektaara 10 keessaa hektaara 1 ykn kaaree 10,000 irraa gamoo abbaa darbii 35 ijaarsa jalqabsiisnee jirra.

Haaluma kanaan
  Kuusa
A.  Kaaree 45
B.  kutaa ciisichaa 1
C.  Aksiyoona African holding group qarshii 55,000
D.  Gatii Walii gala 3,375,000
E.   Waggaa lamaaf Ji’aan 3000+ qusachuudhaan
F.  Qusannnoo 25% waggaa 2 -----843,750

  Raaba
A.  Kaaree 90
B.  kutaa ciisichaa 2
C.  Aksiyoona African holding group qarshii qarshii 110,000
D.  Gatii Walii gala 6,750,000
E.  Waggaa Lamaaf Ji’aan 5000+ qusachuudhaan
F.  Qusannnoo 25% waggaa 2 -----1,687,500

  Doorii
A.  Kaaree 120
B.  kutaa ciisichaa  3
C.  Aksiyoona African holding group qarshii qarshii 220,000
D.  Gatii Walii gala 9,000,000
E.  Waggaa lamaaf Ji’aan qarshii 10,000+ qusachuudhaan
F.  Qusannnoo 25% waggaa 2 ------2,250,000

  Gadaa
A.  Kaaree 150
B.  Kutaa ciisichaa 4
C.  Aksiyoona African holding group qarshii Qarshii 330,000
D.  Gatii Walii gala 11,250,000
E.  Waggaa lamaaf Ji’aan qarshii 15,000 + qusachuudhaan
F.  Qusannnoo 25% waggaa 2 2,812,500

Haala Giddu Gala Daldalaa Afrikan (African Business Center)
Lafa irraa eegalee hanga darbii 4ffaatti kan gurguramuu tahee ballina isaa 10m2- 200m2 kan of keessaa qabu dha.

Akkataa  irraa jalaan gatii adda addaa akka armaan gadii kanaatti tarreeffamee jiruu tahee bakka kam irratti galmaa’uudhaaf namni kamuu Aksiyoona African hioolding groups qaershii 330,000 kan bitatuu taha.

Giddugala daldalaa guddaa
1.  Lafarra (Ground)  qarshii 400,000
2.  Darbii 1ffaa qarshii 380,000
3.  Darbii 2ffaa qarshii  360,000
4.  Darbii 3ffaa qarshii 340,000
5.  Darbii 4ffaa qarshii 320,000

Kaffaltii yeroo tokkootiin hir’ifama gatii akkaataa kanaan argachuun dandaa’ama.
A.  100% kan kaffaleef  20%
B.  75% kan kaffaleef  15%
C.  50% kan kaffaleef  10%
D.  25% kan kaffaleef  5%

Bakki argama Keenyaa
Magaalaa finfinnee, Boolee Giddu gala daldalaa Geetuu Cina.
Gamoo Raayyummaa  Darbii 6ffaa

Lakk bilbilaa
0975515151
0993414141
0933509999
0933609999
0933709999

Kottaa Godoo keessan kaampaanii keessaniin Magaalaa Finfinnee keessaatti ijaaradhaa!
African Holding group “Badhaadhina dilbii  dhaloota  dhaalchisuu!”
Horaa Bulaa deebanaa !
https://t.me/africanholding

Aliyi Ahimed Ali official

11 Dec, 14:56


Dubbisaa Hundi keessanuu👇

Dhaabbata African Holding Group Kan DAMEE CIROO IRRAA👇
Ijaarsi Godoo Housing and smart real state haala gaariin deemaa jira.

Nami kamiyyuu Aksiyoonaa xiqqaan bitachuu danda'u 5 qarshii 5000 (kuma shan) guddaan ammoo Aksiyoonaa 5,000 qarshii 5,000,000 ( Miliyoona shan)

Dhabbilee adda addaa bitachuu kan danda'an xiqqaan aksiyoonaa 1000 qarshii 1,000,000 (Miliyoona tokko)
Guddaan aksiyoonaa 100,000 qarshii 100,000,000 ( miliyoona dhibba tokko)

mana jireenyaa Kuusaa
Kaaree 45
kutaa ciisichaa 1
Aksiyoona African holding group qarshii 55,000
Ji’aan 3,000 isaa olii qusachuudhaa

2. Raabaa
Kaaree 90
kutaa ciisichaa 2
Aksiyoona African holding group qarshii qarshii 110,000
Ji’aan 5000+ qusachuudhaan

3. Doorii
Kaaree 120
kutaa ciisichaa 3
Aksiyoona African holding group qarshii qarshii 220,000
Ji’aan qarshii 10,000+ qusachuudhaan

4. Gadaa
Kaaree 150
Kutaa ciisichaa 4
Aksiyoona African holding group qarshii Qarshii 330,000
Ji’aan qarshii 15,000 + qusachuudhaan

Kottaa Godoo keessan kaampaanii keessaniin Magaalaa Finfinnee keessaatti ijaaradhaa!
African Holding group “Badhaadhina irraa hafaa dhaloota dhaalchisuu!”

HEAD OFFICE IRRAA; Oddeeffaannoo Dabalataa argaachuuf 0975515151
0993414141

CIROO BRANCH IRRAA;
0923176434 Aliyi Ahimed Ali CIRO OFFICE COORDINATOR
0915321494 Haaji Usmaan Xahaa Dura Bu'aa koree Damee Ciroo

https://t.me/africanholding

Aliyi Ahimed Ali official

11 Dec, 13:35


Gosoota Manneen 'Godoo🏠 Housing and Smart Real Estate🏢 African Holding Groups

Raaba

👉Kaaree 90
👉kutaa ciisichaa 2
👉 Aksiyoona AHG qarshii 110,000
👉Ji’aan 5000 qusachuu

Doorii

👉Kaaree 120
👉 kutaa ciisichaa 3
👉 Aksiyoona AHG qarshii 220,000
👉 Ji’aan qarshii 10,000 qusachuu

Gadaa

👉Kaaree 150
👉Kutaa ciisichaa 3
👉 Aksiyoona AHG Qarshii 330,000
👉Ji’aan qarshii 15,000 qusachuu

Dafaa 🏃‍♂️ Sheerii bitadhaa Abbaa Manaa🏕 fi Abbaa Kaampaanii ta'aa👏!
******
👉Odeeffannoo dabalataaf nuuf bilbilaa👇
📞+2519 93 41 4141
📞+2519 75 51 51 51
📞+2519 33 60 99 99
📞+2519 33 70 99 99

Aliyi Ahimed Ali official

11 Dec, 13:28


Kaampaaniin guddichi "African Holding Groups" Marii ummata magaalaa Maayaa waliin taasisee jira.

Finfinnee, Sadaasa 9/2017 Waltajjii marii kana irraatti kan argaman Itti Gaafatamaa Waajjira African Holding Groups Hoji Gaggeessaa Ol'aanaa fi Daayirekteera Ol'aanaa Karoora, Qorannoo fi Leenjii Obbo Zallaqaa Shumburee, fi Kabajaamoo Abbaa seeraa Tsaggaayee Tashoomee yoo ta'uu kaayyoo kaampaanicha, ergamaa, mul'ata fi galmaa "African Holding Groups" ibsuun, jechama “ jirbiin wal gargaartee leencaa hiiti jedhu bu’uura godhachuun falaasama 1+8>9 ni caala jechuun kalaqa afrikaa jalqabaatti fayyadamuun kaappitaalaa hawaasummaa walitti hidhuudhan abbootii aksiyoonaa horachuudha jedhaniiru.

Dhumarraatti, Ittigaafatamaa Partii Badhaadhina Magaalaa maayaa obbo Alamaayyoo Taddeessee argamanitti koree nama sagal(9) kan Abootii Gadaa 3 ofii keessatti hammate hundeeffame jira.

Odeeffannoo dabalataaf👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

08 Dec, 07:00


Ajab mee dhageeyfadhaa!

Aliyi Ahimed Ali official

02 Dec, 14:06


Karaaleen Nagaa Keenya Itti Mirkaneessinu Sadan:

#1_Jaalala
Yaada diinummaa dhiifnee nagaa barbaadu, jaalalaa fi gamtaaf iddoo guddaa kennuu, jaalala irratti ijaarame uumuun yeroo danda’amu hawaasa keenya keessatti nagaa horachuu dandeenyaa

#2_Dhiifama
Daandiiwwan kaleessa deemne caalaa karaan nuti boru deemnu baay'eedha.Gufuuwwan kaleessa imala keenya keessatti nu mudatan boruuf gufuu akka hin taaneef seenaa keenya isa hamaa irraa barachuun sammuu dhiifamaan guddate badhaadhuun barbaachisaadha.
#3_Araara
Xumurri dhiifama keenyaa nagaa keenya mirkaneessuudha, seenaan Jibbaa ummata keenya irratti gaaddidduu dukkanaa hin dabarree fi kaayyoo nagaa keenyaa akka hin taaneef galmeen jibbaa dhiifamaan cufamee araaraan xumuramuu qaba.

Dabalami/join👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

01 Dec, 13:22


https://ethiocoders.et/

Aliyi Ahimed Ali official

25 Nov, 16:19


ه‍کزا

Aliyi Ahimed Ali official

24 Nov, 17:59


Namoonni carraa kana fayyadamuu barbaaddan akka isin hin dabarre! Ammuma jalqabaa!
https://learn.udacity.com/graduation/cd14099

Aliyi Ahimed Ali official

23 Nov, 07:00


What is ChatGPT?

Developed by OpenAI, ChatGPT is a sophisticated AI model that can understand and generate text. You can interact with it using:

The ChatGPT web app

The ChatGPT mobile app

Programmatically through OpenAI APIs

ChatGPT operates using AI technology called Transformer neural networks, particularly a variant called GPT or Generative Pre-trained Transformer.

You interact with ChatGPT through prompts, which are instructions given in natural language. The AI doesn't replicate information verbatim from its training data - it generates unique combinations based on patterns and structures it has learned.

ChatGPT generates unique responses by learning patterns and structures from a vast amount of human-written text. It predicts the next word in a given text based on probabilities. For every potential next word, it creates a ranked list, continuously evaluating the context to determine the most appropriate next word.

The model operates with a degree of randomness while generating responses. This randomness, controlled by a parameter referred to as 'temperature,' influences the selection of words in responses.

At lower temperatures, more likely words are chosen

at higher temperatures, less probable but grammatically correct words might be chosen. This can lead to creative and unique responses.

Join👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

20 Nov, 15:23


"Yoo miira kee too'achuu baatte warra miira isaanii too'atetu akka kubbaatti siin taphata."

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Callisi - aarii ho'aa keessatti!
2. Callisi - yoo ragaa hunda hin qabaanne ta'e!
3. Callisi - yoo seenaa sana hin mirkaneessine.
4. Callisi - yoo jechi kee nama dadhabaa ta'e mufachiise.
5. Callisi - yommuu yeroon yeroo dhaggeeffachuu ta'e.
6. Callisi - yeroo wantoota qulqulluu ifa godhachuuf qoramtu.
7. Callisi - yommuu waa'ee cubbuu akka qoostuuf qoramtu.
8. Callisi - yommuu jecha keetti qaanoftu!
9. Callisi - yommuu jechi kee yaada dogoggoraa dabarsu.
10. Callisi - yoo dhimmichi dhimma ati jijjiiruu dandeessu hin taane.
11. Callisi - yeroo soba ifa ta'e akka dubbattuuf qoramtu.
12. Callisi - yoo jechi kee miidhaa uumu ta'e.
13. Callisi - yoo dubbiin kee hiriyummaa tokko miidhu.
14. Callisi - yeroo qeeqni sitti dhaga'amu.
15. Callisi - osoo hin iyyiin jechuu yoo dadhabde.
16. Callisi - yoo jechi kee calaqqisiisa gadhee hiriyootaa fi maatii keetii ta'e.
17. Callisi - yoo booda jecha keetti gaabbita ta'e.
18. Callisi - yoo duraan yeroo tokko dubbatte ta'e!

Dabalami👇join
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

18 Nov, 16:27


"Leading smart people is about creating an environment where they can thrive, not just survive."

In "How To Lead Smart People," Mike Mister offers practical insights for effectively leading intelligent and skilled individuals. 8 lessons from the book:

1. Assertive Communication
Smart leaders utilize assertive communication to clearly articulate their goals and expectations. This approach helps establish authority while promoting open dialogue within the team, ensuring everyone is aligned.

2. Conscious Listening
Active and conscious listening is essential for effective leadership. By genuinely engaging with team members and valuing their input, leaders can foster collaboration and generate better solutions to challenges.

3. Empowerment and Delegation
Empowering team members is crucial for fostering a sense of ownership and accountability. Leaders should delegate responsibilities effectively, allowing individuals to take initiative and contribute meaningfully to projects.

4. Balanced Perspective
Mister emphasizes the importance of maintaining a balanced view. Leaders should take time to reflect and think critically, which aids in making informed decisions and understanding the complexities of various situations.

5. Building Trust
Establishing trust within the team is fundamental for effective leadership. Leaders can build trust by being transparent, consistent, and reliable, which encourages open communication and strengthens team dynamics.

6. Energy Radiators
Leaders should strive to be "energy radiators," bringing positivity and enthusiasm to the team. This energy can motivate and inspire team members, creating a more dynamic and engaging work environment.

7. Adaptability and Flexibility
Effective leaders must be adaptable and flexible in their approach. Being open to change and willing to adjust strategies based on team feedback and evolving circumstances is vital for success.

8. Continuous Development
Mister highlights the importance of ongoing personal

Amazing methods join👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

18 Nov, 15:48


Jechi gaariin sadaqaadha! kanaafuu obboleeysa kiyya obboleeytii tiyya obboleeysa keetiif fuula kee diriirsi, arraba kee bareechiif inshaa'allaah obbolummaan qaaliidhaa!
Dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

12 Nov, 16:33


Alhamdulillaah summa Alhamdulillaah!

Dhaamsa Dargaggootaaf qabeenya hin qabu jattee osoo ijaa fi qalbiin haraam keeysa jiraattuu duuti akka isinitti hin dhufne! Rizqiin rabbirraahi adeeroo ofi hin zallamin haraamiin! Alhamdulillaah jireenya rahaa jalqabeetiin jira! "RAHAAN XIQQOO HIN QABDU" Summa Alhamdulillaah🤲

Join👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

12 Nov, 16:31


https://www.facebook.com/aliyiahmed.ali/videos/3818184798496352/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

Aliyi Ahimed Ali official

12 Nov, 13:28


I am inviting you to download telebirr SuperApp, register and make a transaction to get reward. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=990385648896002&language=en&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024

Aliyi Ahimed Ali official

04 Nov, 21:07


https://t.me/EHEMSU

Aliyi Ahimed Ali official

04 Nov, 15:42


Part 2
Entreprenuership training at mechara-micheta Wedaja kubi (Qubbii)

Levels of 'Mirqaana' Materials Technology Transfer
~~~,,
-Operational Level: process form of 'mirqaana' materials (like 'Mooyyee, Toomaa, khaasa, makhrajaa, wissaa' and etc) technology which involves manufacturing process, quality controls and maintenance.
-Adaptive Level or imitative: imported 'mirqaana' materials technologies are adapted and advanced skills for more complex 'mooyyee' engineering methods are learned.
-Innovative Level: it is based on formal 'nashaaxaa' research and 'mirqaana' development that is useful in constant improvement in 'mirqaana' materials technology and to generate new technology of 'mirqaana' materials (like mooyyee, khaasa, toomaa and etc).
-Duplicative level: At this level 'harawaaca' investiment capacity is expanded in order to import 'mirqaana' materials technology and integrate the foreign 'Hojjaa' technology with existing ones.
-Licensing: License is provided for the use of 'mirqaana' materials technology to the 'lulluuqqataa' under which only a license 'dargaa' can use the 'mirqaanaa' (frankout).

Qubbii wadaaja Machaaraa Miicataa irraa.

Dabalami!👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

04 Nov, 15:25


Allahu Akbar!!
Oduu Gammachiisaa!!
Barattooni 29 (digdamii sagal)Mana Barumsaa Bultii adda Godina Buunnoo Beddellee, Magaalaa Beddellee, Sababa Salaataan walqabatuun Mana Barumsaa irraa aryatamanii turan, gargaarsa rabbiitiin eegasii qabsoo Ustaazotaa fi Obboleewwaniitiin fala argatee gara barumsaatti guyyaa har’aa akka deebifaman taassifameera.

Barattootnis, Maatiin Barattoottaa fi hawaasi Haqa keessan sarbamtanii turtan hundi baga gammaddan jenna. Salaata jum'aas akka bahanii Salaatan walii galameera.

Dabalataanis Naannoo Mooraa Mana Barumsaa kanattis maqa Barattootatiin Masjiidni akka ijaramu hogantoota waliin waliigalameera.

Galatoomaa Horaa Bulaa!!
Madda: Ustaaz Gaali Mukhtaar

Oduu haaraya argachuuf dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

03 Nov, 18:50


100% IQ Talent man What is the differences of term 'Entreprenuer' and 'Entreprenuership' as the View of GLH (Lulluuqqataa Haqaa)?

➡️Entreprenuer and entreprenuership is the two sides of the same 'garaaba', but conceptually are different.
=-Entreprenuer is a 'Dargaa' who estabilishes his/her own 'Mooyyee' to make his 'mirqanaa.
         -entreprenuer take the risk necessary in producing goods (like Mooyyee, khaasa, toomaa, makhrajaa and etc) and services.

Entreprenuer 'dargaa' are characterized by:-
-self confidance on 'mooyyee qoruu' professions
-innovation on new design of 'toomaa'
-High level of 'mirqaanaa'
-skilled at organizing of  'khidmaa' team.
-Desire for resposibility (:- on the how much the 'toomaa' survive the risk? )
-Wllingness to take risk for khat displaced from 'mooyyee' and  'hojjaa' displaced from 'khaasa.

Entreprenuership is the 'dargaa' creative act.
    -is the process of creating something new with value by deviating the necessary time ang 'mirqaana'.

For enjoying with Neshata Entreprenuer training contact me on @Finrozhaqa  🤣🤣🤣

Abbaa mirqaana mana aruuza EA isaa keessa jiru irraa✍️

Aliyi Ahimed Ali official

30 Oct, 13:54


Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

Aliyi Ahimed Ali official

28 Oct, 15:45


Get up! Every one!👇

What is this duniyaa situation?😂
life is disturbances circle😂 if you didn't now surely every things can be happened by our creator Allah👍! Life don't continue as past stayed! Get up! Every one! Every time you have to being with allah by doing good deeds! Inshaa'allaah!

Join your channel everyone👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

28 Oct, 14:33


On the process inshaa'allaah with my best wife! This is not only my hope. This is the dream of all of you! May allah made us who drink zemzem water!

Aliyi Ahimed Ali official

27 Oct, 13:25


Don't forget your self prayer is most of your wealthy!

Aliyi Ahimed Ali official

27 Oct, 05:25


As wr wb Nama cimaa ta'i jechuun hin kufin jechuu miti; kuftee ka'uu danda'uu qabda. Gammadaa ta'i jechuun hunda qabaadhu jechuu miti; waan qabdutti gammadi jechuu dha malee. Diina kee jaaladhu jechuun diinni gaarii dha jechuu miti; jibba caalaa jaalalli hunda caala jechuu dha malee.

Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti; Garaa keessatti haaloo kaawwachuun rakkina biraa waan qabuuf malee. Hojii jaaladhu jechuun hojiin ati amma hojjataa jirtu gaarii dha jechuu miti; Boru akka hojiin gaariin si eeggatu hojii har’a hojjataa jirtu jaaladhu jechuu dha malee. Callisi jechuun hin dubbatin jechuu miti; kan biraas dhaggeeffachuuf gurra kenni jechuu dha malee. Abbaa garaa hin ta'in jechuun hin nyaatin jechuu miti; Haqa nama biraa hin nyaatin jechuu dha malee. Hin dallanin jechuun ati miira hin qabdu jechuu miti; dallansuu kee irraa dafii deebi'i jechuudha malee.

Dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

26 Oct, 19:24


https://www.facebook.com/100087256941441/posts/528612483390645/?mibextid=4MzKDw5ooBP2efJs

Aliyi Ahimed Ali official

23 Oct, 14:54


Abiy Ahmed Ali Obboleessi kiyya guddaan👇
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Iraan Massuud Pezeshikyan waliin dhimmoota garlamee fi naannawarratti mari’ataniiru.

Marii kanaan Itiyoophiyaan haala baha Jiddugaleessaa hammaataa dhufe kana tasgabbeessuufi nageenya buusuu keessatti tumsa gama isii taasisuuf Itiyoophiyaan qophii ta'uu Dooktar Abiy karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniitiin ibsaniiru.

Aliyi Ahimed Ali official

20 Oct, 12:02


الله اكبر الله اكبر رحمه الله شيخ مفتي #Sheikhآدم تولا اتاريكه حدثنا بتيبي الجزيرا
#Sheekha Muftii Kheenya Rabbiin raahmata isaaniif haa godhuu seenaa isaanii TV n Aljaziiraa nuuf gabaasaniiti jiran! Rabbiin firdoowsiin isaan nuuf haa qananiisuu!

Dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

19 Oct, 20:27


Kana beeytuu👇

Maqaa Rabbiitin Eegala
88 Bayina Jecha sheeyxaan Jedhu Kan Quraana keessatti Argamuu
88 BaayinaJecha maleeykaa Jedhu Kan Quraana keessatti Argamuu
126 Baayina Jechaa Ibidda Jedhu Kan Quraana keessatti Argamuu
115 Baayina Jecha Duniyaa Jedhu Kan Quraana keessatti Argamuu
115 Baayina Jecha Akiraa Jedhu Kan Quraana keessatti Argamuu
4 Baayina Maqaa Nabi Muhaammad S AW Kan Qur'aanaa Keessatti dubattame
25 Baayina Anbiyootaa Kan Qur'aanaa Keessatti dubbataman
34 Maqaa Mariyamaa Kan Qur'aanaa Keessatti dubattame
85 Baayina Lakkoofsa suuraa makkatti buute
29 Baaiina Suuraa Madiinaatti buute
114 Baayina suuraa Qur'aanaa
30 Baayina juuzaa Qur'aanaa
11 Jechaa Ibliisi jedhuu Kan Quraana keessatti Argamuu
136 Bayina Maqaa Nabi Muusa A S W Kan Quraana keessatti Argamuu
43 Baayina Maqaa Nabi Nuuhi A s w Kan Quraana keessatti Argamuu
69 Baayina Maqaa Nabi Ibraahim A S W Kan Quraana keessatti Argamuu
74 Baayina Mooti Jallaa Firoowna Kan Quraana keessatti Argamuu
15 Hanga Sujuudaa Kan Quraana keessatti Argamuu
282 Ayaata Deeynii Kan Suuraa Baqaraa
139 Jecha Jannata jedhu kan qur'aana keessa jiru!


https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

17 Oct, 20:06


Warri keenya ni hojjate nuti ni daganne; tanaaf akka dhabne!
*****

Sheikh Dr. Mohammed Rashaad Abdullee jedhamu. Qubee arra nuti ittiin barannee, ittiin barsiisaa, ittiin barreessaa jirru kana Nama Oromoof gumaacheedha. Akkasumas Hayyuufi barsiisaa Amantii cimaa turan. Akkasumaas Afaan Oromoo yaroo jalaqabaatiif akka reediyoon seenu taasisuun biyya somaleetii raadiyoona maqdishootiin sagantaa tolchuun akka dabni kun jette jettee Afaan Oromoodha raadiyoona cabsa ja'anii afaan keenya guddina dhoorguuf diinni nutti xaxe fashalsan. Gumaacha hammana hin ja'amne qabsoo Oromoo keessatti adda durummaadhaan gumaachaa ture. Gootni seenaa malee Umrii hin dheeratu. Seenaan immoo yoomiyyuu taanaan jiraataadha.

Eega Dr. Sheekh Muhammed Rashaad Abdullee akkuma beekamu seenaa hedduu Oromoof gumaachuun ni beekama. Yaadannoo isaaniitiif Ilmi isaanii Khalid Sheek Mahaammad Rashaad Abdullee Faundeeshinii dhaabnuuniis waan namni cuftinuu gurraa qabu tahuus garuu hanga barbaadamusan hojjachuuf sochiin kamuuu leecallootti haajamti hanga nurraa eegamu nuti bira dhaabachuu dhabuu keenya wanni silaa eegamuu miti tan dur hojjatamteehuu hawaasa harka gayuu hanqatteeti jirti. Fakkeenyaaf kitaabni seenaa Dr. Sheekh Muhammed Rashaad Abdullee kan ilma isaaniitiin barraawe Abbaa qabeenyaa oromoo kan bakka oromoo fii hayyoonni oromoo jiran hin dhabamne Obbo Sooreysi Yaadata Juneeydii kitaabicha maxxansiisuun akkasumaas Waajjiraa fa'undeeshinii Dr. SHEEK Muhammed Rashaad Abdullee itti fayyadamaa jiru laachuun qooda leenca akkuma qabateetti jira rabbi ammallee qabeenya isaa keessa barakaa haa kaayu.

Eega anaafii ati hoo akka nama dhunfaa tokkottiis tahee akka saba oromootti seenaa Dr. Sheekh Muhammed Rashaad Abdullee tan maxxanfamtee tana haasa biraan gayuuf waan humna teenya godhuun nurraa hin eegamu? Isaanuu hojjachuu hin hifanne! Qabsaayuus hin daganne! Nuti hoo? Hujii fii seenaa isaanii yaadachuu akkamiin daganne! Tun nuuf qaanii guddoodha dhugaa dubbachuuf. Eega jara keenya ta kutte gundoodha tan hafteetu guddoodha waan taheef kutaaba seenaa Dr. Sheek Muhammed Rashaad Abdullee tana eeybisiisnee ummata Oromoo kan Dr Sheek Mahaammad Rashaad Abdullee qabsaawaniif seenaa isaanii akka baranii fii dhaloota dhufu keessa namoota Dr. Sheekh Muhammed Rashaad Abdullee bakka nuuf bu'an akka nuuf oomishamuuf gehee teenya haa bahannuun dhaamsa obbolummaati yaamicha kana cufti keenyaahuu akka oowwanne waan dandeenyuun tinnifnee milkeessinu abdiin qaba. Galatooma!

Fayyaa daya! Jabaan rabbi tokkicha.

Abbaa keenya kana Rabbiin jannatul furdoowsiin nuuf haa qananiisu.🤲🏾

Dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

16 Oct, 16:48


https://www.linkedin.com/in/aliyi-ahimed-ali-bbb345333/ asiiniis niin jira😁!

Aliyi Ahimed Ali official

13 Oct, 16:04


Hojiin tuffatamuu hin qabdu obboleeyyan👇

Aliyi Ahimed Ali official

08 Oct, 17:05


Ustaaz Imraan maashaa'allaah👈 #duet #voiceeffects #official
https://youtube.com/shorts/MuL57e4gRJU?si=QlBdKo4T91aG8oJa

Aliyi Ahimed Ali official

07 Oct, 14:48


Udacity Nanodegree Style Guide https://www.udacity.com/dashboard

Aliyi Ahimed Ali official

07 Oct, 14:48


Seenaatii #EthioCoder tahaa!

Aliyi Ahimed Ali official

07 Oct, 14:12


TIPHTML and CSS are markup languages*. Markup languages are used to describe and define elements within a document. JavaScript is a* programming language*. Programming languages are used to communicate instructions to a machine. Programming languages can be used to control the behavior of a machine and to express algorithms.*

Join it & certified 👇
https://www.udacity.com/dashboard

Aliyi Ahimed Ali official

07 Oct, 14:11


"Microsoft debuted Internet Explorer in 1995, leading to a browser war with Netscape. On the JavaScript front, Microsoft created its own interpreter called JScript.[18]

Microsoft first released JScript in 1996, alongside initial support for CSS and extensions to HTML. Each of these implementations was noticeably different from their counterparts in Netscape Navigator.[19][20] These differences made it difficult for developers to make their websites work well in both browsers, leading to widespread use of "best viewed in Netscape" and "best viewed in Internet Explorer" logos for several years.[19][21]"
https://en.wikipedia.org/wiki/JavaScript#:~:text=Microsoft%20debuted%20Internet,%5B21%5D

Aliyi Ahimed Ali official

07 Oct, 10:46


GET UP PLEASE👇

What you think about is, what you bring about. Your mind is a thought factory. It manufactures its products from the raw materials you feed it. If you feed your mind with negative stuff, it will give you negative results. Pawpaw cannot bear mangoes and a goat cannot give birth to a sheep.
Therefore, feed your mind with positive things. Surround yourself with people who can add value to you and help you grow mentally, emotionally and spiritually.

Join channel👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

06 Oct, 18:24


Subhaan Allah badii teenya taatuus rabbiin nuuf haa araaramuu obboleeyyan istighfaara baayyisaa, Araara rabbi haa kadhannuu bakkuma jirruu!!
إنا لله وإنا إليه راجعون
Hararge lixaafi Bahas naannoowwan akka
Ciro
Bookee
Baddeessaa
Galamsoo
Masalaa
Machaaraafi Miicata
Hirna
Haramaayaa
Fi kanneen kana fakkataniitti kirkiri lafa yeroo xiqqoof 2:11/12 irrattii guyyaa 26/1/2017 ta'uu himama.
Yaa Rabbi dilii teenya nuuf araaramii nagaya nu godhi.

Dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

06 Oct, 14:44


"Never depend on anyone, work hard and be independent."

"Eenyurrattillee hin hirkatin, cimii hojjedhu, ofdanda'i!"

Dabalami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

28 Sep, 17:42


https://www.facebook.com/100015593342382/posts/1807850093078085/?mibextid=4MzKDw5ooBP2efJs

Aliyi Ahimed Ali official

23 Sep, 20:56


https://www.facebook.com/share/tN8SjSDFUT1c5hdK/

Aliyi Ahimed Ali official

18 Sep, 19:19


Mul'ata -

Ofirratti Hojjechuuf Dursa Barbaadanii of Argachuun ni dursa!

➛ Jecha "Of Barbaadi!" jedhu kana irra deddeebi'ee nan dubbadha! Of barbaaduun yaadolee armaan gadii of keessaa qaba.

①. Dandeettii ofii beekuu! Ani maal yoon hojjedhen milkaa'a jechuun of gaafachuu.

②. Mul'ata / Kaayyoo adeemaniif adda baafachuu fi irratti hojjechuu! Fiixan ba'iinsa ofiitiif yaada qulqulluu qabaachudha.

③. Wanta hojjetan yookiin gaarummaa isaa of amansiisuun jalqaban garaa guutudhaan hojjechuu dha.

Addunyaan kun nama waan jiraatuuf beekuun osoo hin taane, waan jiraatuuf nama hin beeyneen guutamte.
 
Osoo of hin barbaadiin, addunyaan ati keessatti of argattu dhibus, OF BARBAADUU DHABUU KEETIIN ADDUNYAAN ATI KEESSAA DHABAMTU JIRA!

Amma ati carraa guddaa tokko qabda. Namni baay'een guyyaa har'aa kana osoo hin argiin du'eera. Tarii atis guyyaa borii dhufaa jiru arguu dhabuu dandeessa. Namni hedduun nama borii ta'uu dadhabee nama kaleessaa ta'e. Namni nama kaleessaa ta'e nama biraa gargaaruu mitii ofii of hin gargaaru.

Namni kaleessaa nama borii akka hin taane beeknus, namni har'aa nama borii akka ta'u beekamaadha.
Of barbaaddee of argannaan carraa guddaan nama guyyaa har'aa fi borii kan ta'u si'i! Kana hin ta'u taanaan carraan si eeggatu tokko jira. 

Wanta si eeggatu kana jalaa humnaa fi beekumsa qabdutti gargaaramtee guyyaa har'aa jalaa hin baatu taanaan, jalaa 
ba'uuf humnaas ta'e jabina hin qabdu. Itti jabaadhuu amala isaa akka ati of hin barbaanne si taasisu jalaa of baasi! Dunkaana wallaalummaa ofitti hin xaxin! Godoo beekumsaa keessa of jiraachisi!

ʀᴇᴀᴅᴇʀ ɪs ʟᴇᴀᴅᴇʀ!👈

Ida'ami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

16 Sep, 21:11


FURTUU MILKAA'INAA • Ilaalcha • Attitude •
👇
❏ Barsiisaa Yuuniversiitii kan ta'e Pirofeeserri beekamaan tokko qorannoo isaa dhiyoo kana gaggeesseen waan haaraa nama ajaa'ibu kana nuuf qabatee dhufe. Qorannoon isaa kunis qubee fi lakkoofsa fayyadamuun ture. Kaayyoon isaas furtuu milkaa'inaa barbaaduu ture.

Qubee Afaan Oromoo A-Z fudhadhaa! Kana booda akka armaan gadiitti gita qubee tarreeffattaniin lakkoofsa 1-26 tarreeffadhaa!
A-1        I-9             Q-17      Y-25
B-2       J-10           R-18       Z-26
C-3        K-11          S-19
D-4        L-12          T-20
E-5        M-13         U-21
F-6        N-14         V-22
G-7        O-15         W-23
H-8        P-16          X-24

Akka armaan olii kanatti erga tarreeffattanii booda Furtuu Milkaa'inaa 100% dhufuu kan nuuf danda'u barbaaduu eegale. Maaliidha laata 100% dhufuu kan danda'u? Waliin haa barbaannukaa pirofeesera faana taanee.

❶. HARD WORK - Jabaatanii hojjechuu:
H+A+R+D+W+O+R+K
8+1+18+4+23+15+18+11=98%

❷. KNOWLEDGE - Beekumsa:
K+N+O+W+L+E+D+G+E
11+14+15+23+125+4+7+5=96%

❸. LOVE - Jaalala:
L+O+V+E
12+15+22+5=54%

❹. LUCK - Carraa
L+U+C+K
12+21+3+11=47%

Jabaatanii hojjechuun, beekumsi, jaalalli, carraan, tokkoyyuu parsantii dhibba (100%) kan dhufe hin jiru.

Maaliidharee parsantii dhibba furtuu milkaa'inaa kan ta'u qarshiidhaa? mee waliin haa ilaallu.

❺. MONEY - M+O+N+E+Y
13+15+14+5+25=72% qarshiis miti

➏. LEADERSHIP - Gaggeessummaa dhaaree?
L+E+A+D+E+R+S+H+I+P
12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = 97% kanas miti!

➐. ATTITUDE - Ilaalcha immoo ta'innaaree
A+T+T+I+T+U+D+E
1+20+20+9+20+21+4+5=100%👏👏👍

FURTUUN MILKAA'INAA 100% dhufuu kan danda'u ilaalcha keenya ta'uu isaa mirkaneesse.

❏ Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu siif kenna. Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye mirkaneesse. Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha! Ajaa'ibaa!!

ida'ami😁👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

16 Sep, 18:21


"RAHAAN XIQQOO HIN QABDU"
Bakka Guddaa Ga'uuf Waan Guddaa Irraa Eegaluu Hin Qabdu!👇

✪ Namoonni baay'een kaleessa waan miidhamaniif ta'uu danda'a.
Har'a irra dhaabatanii waa'ee kaleessaaf dhiphachuun, abdii fuulduratti deemuuf namni qabu gadi buusa.

⌲ Har'i kaleessa irra ni caala.
⌲ Har'i boruuf murteessaa dha.
⌲ Kaleessi gaariis ta'u badaa s ta'u darbeera.
⌲ Guyyaan har'aa milkaa'ina boriitiif si qopheessa.
⌲ Boriif jennee obsina.

Namoonni baay'een kan dhiphataniif, kan jeeqamanii fi of ajjeesaniif haalli jireenyaa ta'uufii dideetii miti. Waan barbaadan dhabaniifis miti.

Guyyaa borii maaltu akka jiru,
maaltu akka ta'u waan jalaa dhokateefi.
Guyyaan "bori" jedhamu itti argamuu dhabuu irraa kan ka'ee dha.

Ida'ami👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas

Aliyi Ahimed Ali official

15 Sep, 15:59


AMALOOTA KUDHAN kan Milkaa'ina Nama Hanqisan |
▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂
(1) SODAA: Sodaan carraa lafa jirutti akka hin fayyadamne si dhoorka.

(2) WALLAALA: Wollaalli murtee gaarii akka hin murteeysine si godha.

(3) AARII: Aariin wontoota sirritti madaaltee akka hin tarkaanfanne si taasisa.

(4) HINAAFFAA: Hinaaffaan of guddisuu irratti akka hin xiyyeeffanne si dhoorka.

(5) OF-TUULUMMAA: Namoota biroo irraa akka hin baranne si dhoorka.

(6) SHAKKII: Shakkiin of amanuu fi abjuu kee milkeessuuf bu'aa ba'ii jiru akka hin tarkaanfanne si godha.

(7) JIBBA: Jibbi nama fooyya'aa akka hin taane si godha.

(8) DHIIFAMA GOCHUU: DHABUU: Nama nagayaa taatee akka hin jiraanne si dhoorka.

(9) SOBA: Namoonni akka si hin amanne si godha.

(10) BOONA: Boonuun dogoggora kee akka hin arginee fi irraa akka hin baranne si dhoorka.

“Barreessaa ta’uu yoo barbaadde, waan hunda caalaa waan lama hojjechuu qabda: baay’ee dubbisuu fi baay’ee barreessuu.”

Ida'ami/Seeni👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas