๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€ @abdulaziz_feesalofficial Channel on Telegram

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

@abdulaziz_feesalofficial


๐Ÿ˜‡NAMNI AKKA OF EEGGATTUUF SI GORSU INNI NAMA SI JAALATU!โค๏ธIf You believe it,you can achieve it.๐Ÿ’ชNamni waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu.

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal ๐Ÿฅ€ (Amharic)

แ‹จ๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal ๐Ÿฅ€ แŠ แˆฐแˆซแˆญ แˆˆแˆ›แŠ• แŠแ‰ แˆญ? แ‹จแˆ˜แ‹แˆ™แˆญ แŠฅแŠ“ แˆ›แ‹ณแˆ˜แˆ แ‰ แ‰ฐแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ฐ แ‰ฆแ‰ณแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แ‹šแˆ… แŠ แŠ•แ‰ฃแฃ แ‹จแˆšแ‰ฐแ‹ณแˆ˜แˆ แˆตแˆˆ แ‰ฆแ‰ณแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‰ฆแ‰ณแ‹Žแ‰พ แŠฅแŠ“ แ‹จแ‰€แˆจแˆชแŠแ‰ต แ‰ƒแˆˆ แˆแˆแˆแˆต แ‹จแ‰ฃแˆ‹แ‹ฐแˆซ แŠขแŠ•แŽแˆญแˆœแˆฝแŠ• แˆแŠ”แ‰ณ แˆตแŠ•แˆ แ‰ฅแ‰ป แŠ แ‹ญแŒˆแŠแˆ แกแก แ‰ แ‹šแˆ… แŠ แŠ•แ‰ฃแฃ แˆแŠ”แ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แŠฅแŠ“ แ‰ฃแˆ…แˆ แ‹ซแ‹‹แˆญแˆณแˆแข แ‹ญแˆ… แŠขแŠ•แŽแˆญแˆœแˆฝแŠ‘ แˆ˜แŠแˆป แŠแ‹แฃ แˆˆแˆแˆณแˆŒ แˆ˜แˆแˆต แ‹ญแˆ†แŠ“แˆแข แ‹จแ‰ฐแ‰€แŒ แˆจแ‹แข

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

11 Nov, 20:28


Yaada guddaa yaaduuf dirqama nama guddaa ta'uu hin qabdu, Nama guddaa ta'uuf garuu yaada guddaa yaaduu qabda.

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

07 Nov, 06:33


๐Ÿซ€Furtuun beekumsaa gaafii sirriidha. ๐Ÿง 

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

07 Nov, 05:29


J๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘– ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž ๐‘˜๐‘Ž๐‘› โ„Ž๐‘œ๐‘œ๐‘”๐‘”๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘ข ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘ ๐‘–๐‘–๐‘“๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž๐‘›๐‘–.

C๐™๐™–๐™ฃ๐™œ๐™š ๐™ฎ๐™ค๐™ช๐™ง ๐™๐™–๐™—๐™ž๐™ฉ ๐™–๐™ฃ๐™™ ๐™ฎ๐™ค๐™ช๐™ง ๐™๐™–๐™—๐™ž๐™ฉ ๐™˜๐™–๐™ฃ ๐™˜๐™๐™–๐™ฃ๐™œ๐™š ๐™ฎ๐™ค๐™ช๐™ง ๐™ก๐™ž๐™›๐™š!
.......................................

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

07 Nov, 05:28


Yoo balali'uu hin dandeenye; fiigi;
โ€ข Yoo fiiguu hin dandeenye; adeemi;
โ€ข Yoo adeemuu hin dandeenye; sussuki!
โ€ข Garuu, gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu qabda!" (Martin Luther King!)

โ“ˆโ’ฝโ’ถโ“‡โ’บ
@Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

07 Nov, 05:24


๐Ÿ“Œ Ol baatee Mul'achuuf dirqama gaara irratti Dhalachuu hin qabdu.

๐Ÿ“Œ Gaggeessaa biyyaa ta'uu dhaaf abbaan kee yookiin haati kee gaggeessaa ta'uu hin qaban.

๐Ÿ“Œ Fageessitee arguu dhaaf dirqama biyya fagootti dhalachuu hin qabdu.

๐Ÿ“Œ Dursuu dhaaf dirqama dura jalqabuu hin qabdu.

๐Ÿ“Œ Nama guddaa ta'uuf waan guddaa irraa eegaluu hin qabdu.

๐Ÿ“Œ Beekaa ta'uu dhaaf beekumsa irraa jalqabuu hin qabdu.

โ“ˆโ’ฝโ’ถโ“‡โ’บ
@Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

06 Nov, 12:30


Haamileen namootaa, yeroo milkooftu caalaa yeroo daandii milkaa'inaa eegaltu si barbaachisa. Addunyaan keenya, garuu faallaa kanaa jiraatti.
Erga ati injifattee haamilee fi ajaa'ibsiifannaa ishee siif gumaachiti; haata'u malee, yeroon akkasii yeroo haamileen itti si hin barbaachifnedha!
๐„๐ซ๐ ๐š ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ค๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐ž๐ž ๐›๐จ๐จ๐๐š '๐๐ข๐ข ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š'  ๐Ÿ๐ข ' ๐€๐ญ๐ข ๐œ๐ข๐ฆ๐š๐š๐๐ก๐š' ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ก๐ข๐ข๐›๐›๐š๐š๐š ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐ช๐š๐›๐š? ๐€๐ญ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ฒ๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐š๐ง๐š ๐š๐ค๐ค๐š ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ ๐›๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š; ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง '๐ก๐ข๐ง ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ' ๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐ง๐ข๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐š๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ!

Kanaafuu yeroo daandii abjuu kee irra buutu haamilee dhabuu keetiif hin dinqifatin; dacheematu akkana!
Yeroo qofummaa irraa eegaltu sana haamilee of biraa hin dhabin!
Ofii kee onnachiisi!

โ“ˆโ’ฝโ’ถโ“‡โ’บ
@Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

05 Nov, 21:58


๐•๐•–๐•ฃ๐• ๐• ๐•Ÿ !
โœ๏ธTokkoo ol kasaa tokkoo gadii busaa!
โœTokkoo soromsee tokkoo hiyyoomsa !
โœ๏ธ Tokkootti bubbiisee tokkooti buluqa !
โœ๏ธTokkoo kachisee tokkoo suta demsiisa!
โœ๏ธ Tokkoo dhagaa bachiisee tokkoo dhadhaa nyachisaa!
โœ๏ธTokkoo uqqiisee tokkoo furdiisa !
โœ๏ธTokkoo qufsee tokkoo belees !
โœ๏ธTokkoo dhabee tokkoo Teessisa !
โœ๏ธTokkoo rafee bulaa tokkoo Abjuun rakkachaa bulaa !
โœ๏ธTokkoo bachisee tokkoo nyaachisaa !
โœ๏ธTokkoo lafa rafisee tokkoo siree irraa bulcha !
โœ๏ธTokkoo gadaa tokkoo gamachuu !
โœ๏ธTokkoo du'aa tokkoo cidhaa!
โœ๏ธTokkoo ifaa tokkoo dukkana !
โœ๏ธTokkoo adii tokkoo gurraacha !
โœ๏ธTokkoo durbaa tokkoo dhiraa !
โœ๏ธTokkoo hojjii tokkoo wacii !


โ“ˆโ’ฝโ’ถโ“‡โ’บ
@Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

05 Nov, 20:46


Galma gahuu barbaadda yoo ta'eef,

Oduu namaaf iddoo hin kennini.๐Ÿ‘Œ
Obsa qabaadhu.๐Ÿ‘Œ
Waan si hin ilaallanne keessaa hin seenin.๐Ÿ‘Œ
Haadha , Haadha, Haadha fi Abbaa kee kabaji.๐Ÿ‘Œ

#Kutannoo qabaadhu namni kutannoo hin qabne kutatee hin nyaatu jedhama .

kutannoon humna guddaa galma kee bira si geessu keessaa isa tokko kutannoo qabaadhu oboleessoo.

kutannoon hojjadhu kutte nyaattaa tole.

โ“ˆโ’ฝโ’ถโ“‡โ’บ
@Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

05 Nov, 20:34


An farra nageenyaa miti, Jeequmsa hin deggeru. Addunyaa kanarra miidhagduu, kanarra mijattuu akka taatun fedha. Garuu,altokko tokko jeequmsaan dhaadessa. Sababni isaa 'Sirna tortore buqqisuuf' gargaara.

Shororkeessummaa nan dinqisiifadha. Maalif yoo jettan waan haaraa uumuuf tola.Sirna bakka tokkotti kuufamee tortore haree fuudhee waan deemuufi. Barteewwan fudhatama hin qabne, waliigalteewwan, aadaalee dulloomaniif bosbosan nan morma.Wantoota haaraan akka uumamaniif. Sirnoota duraa keessatti hidhamtanii hin hafinaa. Wanta fooyya'aa gara fuulduraa akka qabaattaniif Walaba akka baatanin fedha.
โ™จ๏ธOoshoo

โžช @Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

โ™ก ใ…ค  โŽ™ใ…ค  โŒฒ        โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰    แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

04 Nov, 18:18


Milkaa'ina barbaannan
Miidhaa fii rakkoowwan siitti dhufan kaamiifu itti gafatamumma fudhu.
Injifachuu qabdas battaluma sanitti injifachuu baattus booda injifannoon keeti waan ta'eef abdii hin kutin.
Abdi kutun mallattoo dadhabinaati. Waliin kirkiruun/ gitintiruun garuu mallattoo ciminaati tolee? (Dallaa cimaan bubben yoo dhufu nii raafama. kuun garu nii jigu/kufu. asirraa waa hubatta )

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

04 Nov, 15:56


1.Ofiikee wallaaltee ani eenyuudha jettee nama gaafattee beektaa?๐Ÿ˜

2. Buddeen nyaachuuf jettee bakka afaan keetii wallaaltee gurra keetti buddeen geessitee beektaa?๐Ÿ˜„

3. Guyyaadhaan halkan seetee baatirii๐Ÿ”ฆ qabattee deemtee beektaa?๐Ÿšถ๐Ÿผโ€โ™‚๏ธ

4.Baankii wayii deemtee nyaanni maaltu jira jettee gaafattee beektaa?๐Ÿ˜…

5.Mana gaddaa deemtee baga ittiin isin ga'e jetteenii beektaa? akkasumas sirba wayii nuuf banaamee lafatu qabbanaa'ee jettee beektaa?๐Ÿ˜

6. Cidha namoota wal fuudhan dubbisuu dhaqxee yoom wal hiiktu jetteenii beektaa?๐Ÿ˜‚

7. Mana keessan seetee mana namaatti galtee torbee tokkoof isaa ol jiraattee beektaa?๐Ÿ˜

Deebiinkee #Lakkiidha taanaan Sammuunkee nagaadhaa Waaqayyoon galateeffadhu๐Ÿ™


โžช @Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

โ™ก ใ…ค  โŽ™ใ…ค  โŒฒ        โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰    แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

02 Nov, 18:04


# Hojjadhu

Hamma dandeessetti bara baraan jireenya kee jijjiiri malee,
Akka barri wal sitti hin jijjiirre.

"Jabeessii hojjadhu jabaa namaa taataa oboleessoo".

#Hiyyeessa

Hiyyeessa jechuun nama qarshiin hiyyoome osoo hin taane,
Nama sammuun hiyyoomeedha.

Qarshii dhabdus sammuu kee irratti hojjadhu oboleessoo!


โžช @Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

โ™ก ใ…ค  โŽ™ใ…ค  โŒฒ        โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰    แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

02 Nov, 18:02


Addunyaa kanarraa dhiironni
Parsantii 83% jaalalleeโค๏ธ qabu

Kanneen hafan Parsantaan 17% immoo Sammuu qabu๐Ÿ˜Ž

Asirrati garaagarummaan keenya ati jaalallee qabda Animmoo sammuu!!

Si'i dullachoo๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿ˜Ž๐Ÿ˜Ž

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

02 Nov, 16:08


Namoonni beekumsaan si gadi jiran gaafa si jajan akka sitti hin ho'ine. Sababni isaa, beekumsa qabaachuu kee kan ati mirkaneessitu, warri beekumsaan si caalan gaafa si jajaniidha" #ooshoo

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

30 Oct, 14:45


Yeroo tokko tokko jireenya keenya keessatti maaltu akka uumamu hin beeknu, waan baay'ee salphaadha jennee tuffanne yeroo bu'a-qabeessa ta'u ykn immoo miidhaa guddaa nutti fidutu jira. Akkasumas kan bu'aa guddaa qaba jennee eegnu yeroo itti gatii dhabutu jira. Kanaaf
"Waan hundumaa irratti of eeggannoo gochuu Fi_xiyyeeffannoodhaan hojjechuu haa barannu."

React๐Ÿ‘

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

20 Oct, 21:01


Yeroo abjuu kee irratti cimtee hojjechuu eegaltuโ—

โ˜„๏ธKophaa ta'uuf qophaa'aa ta'i.
โ˜„๏ธShakkiidhaaf qophaa'aa ta'i.
โ˜„๏ธQeeqamuuf qophaa'aa ta'i.
โ˜„๏ธKolfuuf qophaa'aa ta'i.
โ˜„๏ธWaan hunda hubachuuf qophaa'aa ta'i.
โ˜„๏ธNamoota baay'ee dhabuuf qophaa'aa ta'i.


React๐Ÿ‘

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

20 Oct, 05:24


Kufaatiin qaama jireenyaati. Yoo hin kufne hin barattu. Yoo hin baranne yoomiyyuu hin jijjiiramtu.

@Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

19 Oct, 23:07


Jireenya kana keessatti bu'aa ba'iin lubbuu si hin baafne hundi suma jabeessiti.

Waan dabreef teessee booyudhaan.. Egeree kee ajjeesaa jirta.

Madaan akka si fayyitu yoo barbaadde tuttuqaa hin oolin.

@Abdulaziz_FeesalOfficial

๐Ÿฆ โ’ถโ€Œโ€Œ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐—น๐—ฎ๐˜‡๐—ถ๐˜‡ Fesal๐Ÿฅ€

19 Oct, 22:48


๐Ÿ‘ congratulations ๐ŸŽ‰ ๐ŸŒน
๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“
Congratulation
Baga as geessanii
Rakkinaaf baldhinaas
Hunda dandeessanii.

โค๏ธBaga Rabbiin Guyyaa Gammachuu kanaan issin gahe.๐Ÿ˜

@Abdulaziz_FeesalOfficial โœ”๏ธ