Turullee Dhugatu Mo'ata @xaaliburidallah Channel on Telegram

Turullee Dhugatu Mo'ata

@xaaliburidallah


Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.

Turullee Dhugatu Mo'ata (Oromo)

Turullee Dhugatu Mo'ata kan ilmaan Oromoo jiraachuun isa jedhu hunda dura. Haala kanaan Kanaliin akka xaaliburidallah injifata. Kanaliin dura, qabiinsa, fi keenya waliigalameedha. Xaaliburidallah bara 2021 fudhateefi. Haraan barreessuu, mormii fi bahuun qabiinsa gamaarraa turan. Turullee Dhugatu Mo'ata jedhu ykn kan fudhateef. Kanaliin isa akkamitti qabaatuun hin jiru. Kanaliin ilmaan Oromoo fi qabiinsa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u. Kanaliin wal qunnamu akka turan kan inni uummata Oromoo kanarraa jabeessee yeroo fi barbaadeefate jira. Fudhachuufis abbaa-balee fi saboontota dhugaa turan. Kanaliin xumuraatti akka hojjattee dhufteehi gaafa guddaa akka tajaajiluun wal qunnamee dhugaa xumura. Fudhateef jedhu dhugaa kee dura zuu san jirani. Turullee Dhugatu Mo'ata keessaan fudhatamuu. Kanaliin uummata Oromoo fi gama Oromoo ittiin injifatan turan. Kanaliin sagantaa fi tokkummaa keessaa waan taheef kan akka qabu gochuu dandayuu. Bara 2021 akkamitti qabiinsa kan qabuu keessatti kan dhugaa hinjifatan. Turullee Dhugatu Mo'ata keessatti uummata Oromoo fi gama Oromoo jiraachuun isa gaafatan.

Turullee Dhugatu Mo'ata

19 Jan, 16:40


Gama TikTok tiin #galatoomaa! #FB fi #Telegram gubbaan na hordofuu hin dagatinaa. Hunda nama toltuu irraatti na jajjabeese, #qubsuma keessan #Rabbiin #Firdoosiin haa taasisuu.

FB= Xaaliburidallah Huseen na hordofaa.

https://www.facebook.com/share/p/14eWujW2r7/

Telegram= https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

19 Jan, 15:20


Liinkiin garee isa kanaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

19 Jan, 08:00


#Ilma jechuun kan abbaa #irraa_dhalatee fi abbaa #irraa_barate caalu. Hunda keennaayyuu #Rabbiin_haa_kennuu. Amiiiiiiiin

Namoonni garee Turullee dhugatuu Moo'ata irraatti asiin dura Miseensa hin taane,
Barnootaa fi odeefannoo kanaan wal qabatu argatuuf liinkii asii gadii tuquun, Miseensa ta'uu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡
https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

18 Jan, 04:14


#Ibsa_sirrii hubannoo Dogongoraa irraatti kenname Kutaa 1ffaa "#Anaa fi #Abbaan tokkoon" maal jechuudhaโ“sheer taasisuun ergaa tana lammiiwwan keenna biraan gahaa, dirqama keessan bahaa.

Namoonni garee Turullee dhugatuu Moo'ata irraatti asiin dura Miseensa hin taane,
Barnootaa fi odeefannoo kanaan wal qabatu argatuuf liinkii asii gadii tuquun, Miseensa ta'uu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡
https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

17 Jan, 17:37


Naannoo Sidaamaa, godina Alataa Wondoo, ganda Bargootti guyyaa 09/05/2017 or 17/01/2025ttii namoonni 48 Islaamummaa fudhatan. Alhamdulillah

Namoonni garee Turullee dhugatuu Moo'ata irraatti asiin dura Miseensa hin taane,
Barnootaa fi odeefannoo kanaan wal qabatu argatuuf liinkii asii gadii tuquun, Miseensa ta'uu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡
https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

17 Jan, 04:44


#Kibba_Itiyoophiyaa zoonii #Irbooraa, Jireenya hawaasa mee waan fakkaatu daawadhaa.

Namoonni garee Turullee dhugatuu Moo'ata irraatti asiin dura Miseensa hin taane,
Barnootaa fi odeefannoo kanaan wal qabatu argatuuf liinkii asii gadii tuquun, Miseensa ta'uu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡
https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

14 Jan, 11:46


#Kaayyoon_Yesuus_ergameef
#Maatewos 5:17 โ€œYesus, "#Seeraa fi #barsiisa raajotaa diiguudhaaf waanan dhufe hin se'inaa, ani isaan #raawwachuudhaafan dhufe malee, diiguudhaaf hin dhufne.โ€

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

11 Jan, 18:43


#Wirtuu akkaataa wolitti qabannaa barnootaatiin #isa_jalqabaa ta'e Wirtuu Qura'aana fi Barnootaa #Daarul-Hudaa.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

10 Jan, 16:40


Naannoo Sidaamaa, Godina Aliyyee, Wordaa Habeelaa, Ganda Hayisaa Wiixaatti #namoonni_98 Islaamummaa guyyaa 02/05/2017 or 10/01/2025tti fudhatanii jiruu. Alhamdulillah

Namoonni garee Turullee dhugatuu Moo'ata irraatti asiin dura Miseensa hin taane,
Barnootaa fi odeefannoo kanaan wal qabatu argatuuf liinkii asii gadii tuquun, Miseensa ta'uu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡
https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

09 Jan, 04:41


แ‰ฅแ‰ณแˆแŠ‘แˆ แ‰ แ‰ณแˆแŠ‘แˆ แ‹ญแˆ… แ‹จแˆˆแ‹ แŠฅแ‹แŠแ‰ณ แŠแ‹โ€ผ๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

07 Jan, 08:25


แŒฅแˆฉ_แ‰ฐแˆแˆณแˆŒแ‰ตแŠแ‰ต_แŠแ‹แข

แˆ›แ‹•แŠจแˆ‹แ‹Š แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ #แˆ€แˆ‹แ‰ฃ_แŠจแ‰ฐแˆ› แ‰ขแˆ‹แˆ แˆšแˆžแˆชแ‹ซแˆ แ‹ตแˆญแŒ…แ‰ตแฃ แ‰ แˆ€แˆ‹แ‰ฃ แŠจแ‰ฐแˆ› แ‹จแˆ™แˆตแˆŠแˆ™ แˆ›แˆ…แ‰ แˆจแˆฐแ‰ฅ แˆˆแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ฑ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒˆแ‹ แŠฅแŠ•แ‰…แˆตแ‰ƒแˆดแข

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

06 Jan, 04:00


Dhugaan #qarqaarsa_Rabbii #qofaan_galma_gaha. Kanaafuu qarqaarsa namaatti hin hajamu. Islaamummaan nuun alattillee galma ni gahaa, nu garuu Islaamummaan alaa Laga tokkollee ce'uu hin dandeennuu jechuu beekaa.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

05 Jan, 18:49


#Magaalaa_Kuyyaraa

Sagantaa #Leenjii_Islaamummaa Addunyaaf jedhu guyyaa 27/04/2017 or 05/01/2025 Barattoota mana baruumsaa #naannoo_Kuyyaraatti argaman gara garaatii haala bareedan kennamee nagahaan xumurree jirraa Alhamdulillah.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

05 Jan, 05:35


Nyaata keessaa mataadhaa hawaasa Sidaamaa biratti. Hayyoonni diin nuuf mataa keessummaa keennati jedhanii dhangaa dinqii kana nuuf Kennan.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

04 Jan, 06:46


#Yaa_dinqiiโ€ผ๏ธ Harreen woyyoomaa itti fe'achuun hin ta'uuโ€ผ๏ธ garuu gaafa harreen dhalte diggisii guddatuu hojjatamaa, firri waamamee shubbisuuโ€ผ๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

03 Jan, 05:04


Mee dhageefadhaa #beekuun_gaarimaaโ€ผ๏ธMaaltu beekaa Rabbiin tanaa nu baasuun Malaaโ€ผ๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

02 Jan, 04:18


#Kutaa_4ffaa, Dhugumatti ni xaaranii gaafa Helekooptaraan nama kafarsiisuu yaalan ammoo garuun ni kasaaraniiโ€ผ๏ธ
Seenaa Qalbii namaa madeessu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, Kokkossaa gahaa baruu feenaan.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

01 Jan, 03:54


#Kutaa_3ffaa, Dubartii cinqaa ciniinsuu keessa jirtu #Yesuusiin#goofta jettu malee #konkolaataa nu wojjiin #hin_yaabbattu jedhaniinโ€ผ๏ธ Seenaa Qalbii namaa madeessu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, #Kokkossaa gahaa baruu feenaan.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

31 Dec, 04:01


Kutaa 2ffaa, Seenaa Qalbii namaa madeessu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, Kokkossaa gahaa baruu feenaan.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

30 Dec, 05:02


#Kutaa_1ffaa, Seenaa Qalbii namaa cabsu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, #Kokkossaa gahaa baruu feenaan.


https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

29 Dec, 18:00


#Bulbulaa fi Ganda #Hurufa_Lolaa (maqaa ammaatiin #Hurufa_Tolaa).

Sagantaa da'iwaa guddaa Aanaa Adaamii Tulluu jiddoo Kombolchaa, ganda Hurufa Lolaa fi Magaalaa Bulbulaatti jidduu magribaa fi Ishaa'iitti guyyaa 19/04/2017 gegeessun, guyyaa 20/04/2017 ammoo Leenjii Islaamummaa Addunyaaf jedhu hanga sa'aa 7:00 kennuun haala bareedan goolabnee nagahaan gallee jirraa. Hawaasa jaalaa fi diiniifii yeroo barbaadanitti qophaayee awwatu, galanni keessan Firdoosiin haa ta'uu. Amiiiiiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

29 Dec, 05:05


Sochii imala da'iwaa Sidaamaa keessatti.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

28 Dec, 04:14


Hawaasni Kun Rabbii gaditti eennun eeggata beektuu?

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

27 Dec, 12:20


Ammaa kufnaa, seenaa hafu haa hojannuu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

26 Dec, 14:31


#Kutaa_2ffaa, Hanqoon eennuun bira laata?

Ergamaa ergaa isiniin gahe, gama ummata keennaa maaf dhufuu dhabe jedhanii yeroo isaan nu gaafatan, maal deebisuu qabnaa tureโ‰๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

25 Dec, 04:50


Hanqoon eennuun bira laata?

Ergamaa ergaa isiniin gahe, gama ummata keennaa maaf dhufuu dhabe jedhanii yeroo isaan nu gaafatan, maal deebisuu qabnaa tureโ‰๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

24 Dec, 18:32


Namni Islaamummaa hin qabnee adaa homaa qabaachuu hin danda'uu, Jireenya horiillee hin geenne jiraataโ€ผ๏ธ

Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa ummata Daasinechi jedhamu keessatti.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

23 Dec, 07:08


#Duulaa gegeeffamaa jiru tana #quba_qabduu?

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

07 Dec, 03:24


#Kutaa_3ffaa
Kaampii sheeyxanni ijaarate tana quba qabduuโ‰๏ธ Aanaa Kokkossaa, Ilkaan eddoo madda bishaan Waabeeโ€ผ๏ธ Teennee wol hin komannu jennee malaan dubbii irraa elminee dhugaa jirtu itti himnee.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

06 Dec, 03:37


#Kutaa_2ffaa
Kaampii sheeyxanni ijaarate tana quba qabduuโ‰๏ธ Aanaa Kokkossaa, Ilkaan eddoo madda bishaan Waabeeโ€ผ๏ธ Teennee wol hin komannu jennee malaan dubbii irraa elminee dhugaa jirtu itti himnee.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

05 Dec, 04:47


#Kutaa_1ffaa
Kaampii sheeyxanni ijaarate tana quba qabduuโ‰๏ธ Aanaa Kokkossaa, Ilkaan eddoo madda bishaan Waabeeโ€ผ๏ธ Teennee wol hin komannu jennee malaan dubbii irraa elminee dhugaa jirtu itti himnee.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

04 Dec, 13:24


#Kutaa_2ffaa
Diin Islaamaa fudhatanii, lafa qabriitiif rakkataniiโ€ผ๏ธ Eennu namni siinqeffatuuโ‰๏ธ Mee asi bahee haa dubbatuu.
Akkaawontii maqaa hayyuu keenna shek Habiib Leencaa jiru kanaan nuuf hirmaadhaa. 1000374302012 (#baankii_Daldalaa). Oderfannoo dabalataatiif +251934886997 shek Habiib Leencaa fi +251913514314 Abdurrahmaan Huseen jedhaa nuuf bilbilaa. Ka mallaqa dhabaaf hirmaatuu dadhabde, sheer taasisuun qooda fudhu. Rabbiin duniyaa fi Aakeratillee isinii haa sattaruu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

04 Dec, 02:14


Diin Islaamaa fudhatanii, lafa qabriitiif rakkataniiโ€ผ๏ธ Eennu namni siinqeffatuuโ‰๏ธ Mee asi bahee haa dubbatuu.
Akkaawontii maqaa hayyuu keenna shek Habiib Leencaa jiru kanaan nuuf hirmaadhaa. 1000374302012 (#baankii_Daldalaa). Oderfannoo dabalataatiif +251934886997 shek Habiib Leencaa fi +251913514314 Abdurrahmaan Huseen jedhaa nuuf bilbilaa. Ka mallaqa dhabaaf hirmaatuu dadhabde, sheer taasisuun qooda fudhu. Rabbiin duniyaa fi Aakeratillee isinii haa sattaruu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

03 Dec, 06:21


Dhugaan jirtu tanumaa.
1แŠ› แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 15แฅ28 โ€œแˆแˆ‰ แŠจแ‰ฐแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŒแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแˆ‰ แ‰ แˆแˆ‰ แ‹ญแˆ†แŠ• แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ #แˆแŒ_แˆซแˆฑ (#แŠฅแ‹จแˆฑแˆต_แˆซแˆฑ) แ‹ฐแŒแˆž #แˆแˆ‰แŠ•_แˆ‹แˆตแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต แ‹ญแŒˆแ‹›แˆแขโ€

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

02 Dec, 06:27


Dhaamsa bareedduu ofi keessaa qabaa dhageefadhaa

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

30 Nov, 08:05


Dhaamsa Aalimaa nama Aaqila qofatuu jaalataa, namni Aalima qalbiin tee jaalattu dhageefadhuu sheerii taasis.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

29 Nov, 17:16


แ‹ˆแ‹ฐ แˆ˜แŒธแ‹ณแŒƒ แ‰คแ‰ต แ‹จแŒˆแ‰ฃแ‹แŠ• แˆฐแ‹ แˆแˆฑแŠ• แˆ›แ‹ตแŠแ‰… แˆตแˆ…แ‰ฐแ‰ต แŠแ‹โ€ผ๏ธ แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ฑแˆ  แˆ˜แŒธแ‹ณแŒƒ แ‰คแ‰ต แ‹จแŒˆแ‰ฃแ‹ แŠจแ‹› แ‰ แˆ‹แ‹ญ แˆ‹แˆˆ แŠ แˆ‹แˆ› แŠแ‹แŠโ€ผ๏ธ
แ‹จแŠ แˆ‹แˆ…แŠ• แŠ แŠ•แ‹ตแŠแ‰ต แ‹จแŠซแ‹ฐ แˆฐแ‹ แŠ•แŒแŒแˆญ แŠฅแŠแˆ† แŠ แŠ•แ‹ต แŠ แˆแˆ‹แŠญ แˆ˜แˆ†แŠ‘ แ‰€แˆญแ‰ถ แ‰ฅแ‹™ แŠ แˆ›แˆแŠญแ‰ถแ‰ฝ แˆ˜แ‰ แˆ‰ แˆแŠ•แˆ แ‰ฝแŒแˆญ แ‹จแˆˆแ‹แˆ แˆ˜แˆˆแ‰ต แŒ€แˆ˜แˆฉโ€ผ๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

29 Nov, 16:56


แŒŠแ‹œแ‹ แ‹ซแˆˆแˆแ‰ แ‰ต แ‹ตแˆซแˆ›
KKK โ€ผ๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

27 Nov, 10:52


Dhaamsa Perezidaantii Waldaa Dargaggoota Muslimaa Itiyoophiyaa kan ta'an Ustaaz Hayidari Kadiirii fi koreelee isaan wojji filatamaniif.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

25 Nov, 03:27


แŠฅแŠแ‹šแˆ… แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ƒแˆŽแ‰ฝ แŠ“แ‰ธแ‹โ‰๏ธ๐Ÿ‘‡
1- 2แŠ› แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 4แฅ13 โ€œแˆตแ‰ตแˆ˜แŒฃ แ‰ แŒขแˆฎแŠ แ‹ณ แŠจแŠ แŠญแˆญแŒณ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹จแ‰ฐแ‹แˆแ‰ตแŠ• แ‰ แˆญแŠ–แˆฑแŠ•แŠ“ แˆ˜แŒปแˆ•แแ‰ฑแŠ• แ‹ญแˆแ‰แŠ•แˆ แ‰ แ‰ฅแˆซแŠ“ แ‹จแ‰ฐแŒปแ‰แ‰ตแŠ• แŠ แˆแŒฃแˆแŠแขโ€
2- แˆ‰แ‰ƒแˆต 1แฅ1-4 โ€œแ‹จแŠจแ‰ แˆญแˆ… แ‰ดแ‹ŽแแˆŽแˆต แˆ†แ‹ญแฅ แŠจแˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซแ‹ แ‰ แ‹“แ‹ญแŠ• แ‹ซแ‹ฉแ‰ตแŠ“ แ‹จแ‰ƒแˆ‰ แŠ แŒˆแˆแŒ‹แ‹ฎแ‰ฝ แ‹จแˆ†แŠ‘แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ‰แˆแŠ•แฅ แ‰ แŠ› แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆตแˆˆ แ‰ฐแˆแŒธแˆ˜แ‹ แŠแŒˆแˆญ แ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝ แ‰ณแˆชแŠญแŠ• แ‰ แ‹จแ‰ฐแˆซแ‹ แˆˆแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ต แˆตแˆˆ แˆžแŠจแˆฉแฅ แŠฅแŠ” แ‹ฐแŒแˆž แˆตแˆˆ แ‰ฐแˆ›แˆญแŠธแ‹ แ‰ƒแˆ แŠฅแˆญแŒแŒกแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ณแ‹แ‰… แ‰ แŒฅแŠ•แ‰ƒแ‰„ แˆแˆ‰แŠ• แŠจแˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซแ‹ แ‰ฐแŠจแ‰ตแ‹ฌ แ‰ แ‹จแ‰ฐแˆซแ‹ แˆแŒฝแแˆแˆ… แˆ˜แˆแŠซแˆ แˆ†แŠ– แ‰ณแ‹จแŠแขโ€
3- 1แŠ› แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 16แฅ24 โ€œแแ‰…แˆฌ แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠจแˆแˆ‹แ‰ฝแˆ แŒ‹แˆญ แŠแ‹แข แŠ แˆœแŠ•แขโ€

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

24 Nov, 03:22


#Seenaa_dinqii, leenca kophaa isaa warroota Islaamummaa maqaa xureessu galma isaanii keessatti itti seenee bittinneessee, dachee isaan masjiidni hin ijaaramu jedhu irraatti ijaarsise. Rabbiin duniyaa fi Aakeratillee isa haa qananisuu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

23 Nov, 04:58


Kitaaba Macaafa qulqulluun jedhamu #Ibroota 3:1 keessatti #Yesuus_Ergamaa jedha. โ€œKanaafis yaa obboloota Waaqayyoof qulqullooftanii, waamicha isa waaqa irraa keessaa hirmaattanii, #Yesusin_ergamaa fi angafa lubootaa, isa amantii keenyaan beeksifnu yaadadhaa!โ€ garuu warroonni Kiristaanaa hin fudhatanโ€ผ๏ธ Duubaa isaan kitaabaa isaanii yoo hin hordofne maal akka hordofan beektuuโ‰๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

22 Nov, 03:45


#Qoodni_kee_Islaamummaa_tumsuu keessatti #sadarkaa_kamiin irraatti argamaโ‰๏ธ

1ffaa- Yeroo fi human kee Islaamummaa gumaachitee Islaamummaa Addunyaaf geessuudha moo?

2ffaa- Worroota Islaamummaa Addunyaaf geessu qabeenyaa keetiin deeggaru moo?

3ffaa- Yeroo sitti tole sagantaa qofa daawattee bira kutuudha moo?

4ffaa- kallattii kanaan alaa qabda laataโ‰๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

21 Nov, 07:00


#Barnoota_Kutaa_5ffaa
Ustaaz #Abu_Abdallaah irraa nuuf dhihaatu.

Barnoota #Hubannoolee #Dogongoraa_ittiin_sirreeffannu

ุชุตุญูŠุญ ู…ูุงู‡ูŠู… ุฎุงุทุฆุฉ
ุงู„ุฏุฑุณ ุงู„ุฎุงู…ุณ

Gaafiwwan adda durummaan worroota Islaamummaan ala jiran (#Murtaddiiwwanii fi #Kiristaanota) irraa, hawaasa Muslimaa dogongorsuudhaaf gaafatamaniif deebii quubsaa keessatti kennamu.

#Woliif_sheer_taasisuun, kaayoo worroota kara haqaa irraa jallatee nama jallisuuf deemu harkaa haa fashaleessinuu.

#Barnoota_wol_fakkaataa akkanaa asiin dura kennamaa turaniif kan kana booda kennaman argachuuf, #liinkii asii gadii tuquun '#join/#follow'  gochuu hin dagatinaa.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

20 Nov, 06:25


#Kutaa_3ffaa
#Dhaamsa bareedduu tana #Majlisaa_Oromiyaa biraan naaf gahaa .

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

19 Nov, 03:38


#Kutaa_2ffaa
#Dhaamsa bareedduu tana #Majlisaa_Oromiyaa biraan naaf gahaa .

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

18 Nov, 03:30


#Kutaa_1ffaa
#Dhaamsa bareedduu tana #Majlisaa_Oromiyaa biraan naaf gahaa .

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

16 Nov, 06:20


Hunda nama dhageeffatee sheerii nama birootii taasisee, qubsuma teessan Rabbiin Firdoosiin haa taasisuu. Amiiiiiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

15 Nov, 04:15


Naannoo Sidaamaa, Aanaa Arba Goonaa, Magaalaa Goleetti namoota 110 ta''u Islaamummaa fudhatuudhaaf qophaayan keessaa namoonni 24 qofatu Islaamummaa fudhatan. Maaf?? Nu hordofaa....

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

10 Nov, 04:07


Ziyaaraa #Kolleejjii_Islaamaa Jimmaa
แ‹จแŒ…แˆ› แŠขแˆตแˆ‹แˆšแŠญ แŠฎแˆŒแŒ… แŒŽแ‰ฅแŠแ‰ต

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

09 Nov, 05:00


#Godina_Jimmaa, #Magaalaa_Asandaaboo

Sagantaa Leenjii Islaamummaa Addunyaaf jedhu guyyaa tokkoof wodhakkaa ture, dachii Aalima beekkamaa Shek Haaji #Mahmuud_Aadam haala bareedan goolabnee jirraa. #Hawaasa_jaalala_malee jibbaa hin beekne, #Rabbiin_qubsuma #teessan_Firdoosiin haa taasisuu. Faaruun kan Rabbii keennaatii, gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa. Alhamdulillah.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

07 Nov, 06:21


https://vm.tiktok.com/ZMhVsB8Ax/

Turullee Dhugatu Mo'ata

07 Nov, 02:35


Oboleeyyan keenna Sidaamaa irraa dhufan, #dukkanaa_nu_baastanii #isinii_haa_iftu jedhu. Sheekni keenna #shek_Habiib ammoo #homa_3 qofa hojannaan #Sidaamaa_hunda #gara_Islaamummaa ni fidnaa jedhuu.


https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

06 Nov, 03:51


#Bu'aa #hirmaannaa_keessaniitii Rabbiin duniyaa fi Aakeratillee isin haa qananisuu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

04 Nov, 10:35


1ffaa- Isaayaas Raajichaa 42:1 โ€œWaaqayyo itti fufee, "Kunoo, #garbichi_koo inni ani ol ol qabu, inni ani fo'adhe, inni ani jaalladhu isa kana! Ani hafuura koo isaaf kenneera, inni firdii qajeelaa saba lafa irraatiif in baasa;โ€
#2ffaa- isa #Nabiyyii (#Raajichaa) ta'e ๐Ÿ‘‡
Maatewos 21:11 โ€œTuuti isaa wajjin adeemus, "Kun #raajicha, Yesus nama Naazireet kutaa biyya Galiiiaa ti" jedhee deebise.โ€
3ffaa-Yohaannis 17:3 โ€œWaaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.โ€
#4ffaa- isa ummata #Israa'el_qofaaf ergame ๐Ÿ‘‡
Maatewos 15:24 โ€œInni immoo deebisee, "Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii #mana_Israa'elii #badan_duwwaaf malee hin ergamne" jedheen.โ€

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

01 Nov, 17:49


#Sagantaan_seena_qabeessa eegalee jiraa seenaa hordofaa
๐Ÿ‘‡

https://www.facebook.com/share/v/71weKuKYKMtfmAzd/?mibextid=oFDknk

Turullee Dhugatu Mo'ata

01 Nov, 08:26


Cufa nama Amiiiiiiiin jedhee Rabbiin isinii haa milkeessu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

31 Oct, 18:36


#Sagantaa_Seena_qabeessa dhageefadhaa woliif sheer taasisa ๐Ÿ‘‡

https://www.facebook.com/share/p/wxYAxzhjB5sMpy6D/?mibextid=oFDknk

Turullee Dhugatu Mo'ata

31 Oct, 05:15


Amantaa Rabbiin #tiyyaa, tan #ilmi_namaa #irraatti_uumamee, Amantaa Ani isiniif #jaaladhee, Amantaa #dhugaatii, tan na biratti #fudhatama_qabduu kkf jedhamte Islaamummaa qofaa quba qabduuโ‰๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

30 Oct, 13:34


#Barnoota_Kutaa_4ffaa
Ustaaz #Abu_Abdallaah irraa nuuf dhihaatu.

Barnoota #Hubannoolee #Dogongoraa_ittiin_sirreeffannu.

#ุชุตุญูŠุญ_ู…ูุงู‡ูŠู…_ุฎุงุทุฆุฉ
ุงู„ุฏุฑุณ ุงู„ุฑุงุจุน

Gaafiwwan adda durummaan worroota Islaamummaan ala jiran (#Murtaddiiwwanii fi #Kiristaanota) irraa, hawaasa Muslimaa dogongorsuudhaaf gaafatamaniif deebii quubsaa keessatti kennamu.

#Woliif_sheer_taasisuun, kaayoo worroota kara haqaa irraa jallatee nama jallisuuf deemu harkaa haa fashaleessinuu.

#Barnoota_wol_fakkaataa akkanaa asiin dura kennamaa turaniif kan kana booda kennaman argachuuf, #liinkii asii gadii tuquun '#join/#follow' gochuu hin dagatinaa.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

28 Oct, 09:45


#Magaalaa_Qarsaa

Hawaasa jiraattota #Magaalaa_Qarsaa, hawaasa seenaa guddaa diin keessatti na wojjiin woreegama guddaa kafalaa Ture, Amma Seenaa bareeda
#Guyyaa 28/10/2024 or 17/02/2017tti Sa'aa 5:00 boodaa eegale hanga halkan sa'aa 2:30 itti fufuun hubannoo gabaabaa akkaataa #Islaamummaa_Addunyaan itti geessuu danda'an irraatti fi dhaamsa wolii galaa hubannoo bareeda kennuun, leenjii guddaan Akka wolitti deebi'uu qabnu wolii galuun sagantaan keenna haala bareedan goolabnee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

26 Oct, 14:46


แŠขแ‹จแˆฑแˆต แˆ›แŠแ‹?โ‰๏ธ๐Ÿ‘‡
1แŠ›- แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 42แฅ1 โ€œแŠฅแŠแˆ† แ‹ฐแŒแŒ แ‹จแ‹ซแ‹แˆแ‰ต #แ‰ฃแˆชแ‹ซแ‹ฌแค แŠแแˆด แ‹ฐแˆต แ‹จแ‰ฐแˆฐแŠ˜แ‰ฝแ‰ แ‰ต แˆแˆญแŒคแค แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แˆ‹แ‹ญ แˆ˜แŠ•แˆแˆดแŠ• แŠ แ‹ตแˆญแŒŒแŠ แˆˆแˆแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แˆˆแŠ แˆ•แ‹›แ‰ฅ แแˆญแ‹ตแŠ• แ‹ซแ‹ˆแŒฃแˆแขโ€
2แŠ›- แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 21แฅ11 โ€œแˆ•แ‹แ‰กแˆแฆ แ‹ญแˆ… แŠจแŒˆแˆŠแˆ‹ แŠ“แ‹แˆฌแ‰ต แ‹จแˆ˜แŒฃ #แŠแ‰ขแ‹ฉ_แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠแ‹ แŠ แˆ‰แขโ€
3แŠ›- แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 15แฅ24 โ€œแŠฅแˆญแˆฑแˆ แˆ˜แˆแˆถแฆ #แŠจแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ_แ‰คแ‰ต_แˆˆแŒ แ‰แ‰ต_แ‰ แŒŽแ‰ฝ_แ‰ แ‰€แˆญ แŠ แˆแ‰ฐแˆ‹แŠญแˆแˆ แŠ แˆˆแขโ€
4แŠ›- แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17แฅ3 โ€œแŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› แŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‰ฅแ‰ป แ‹จแˆ†แŠ•แˆ… แŠ แŠ•แ‰ฐแŠ• #แ‹จแˆ‹แŠญแŠธแ‹แŠ•แˆ_แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• แ‹ซแ‹แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ญแˆ…แ‰ฝ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ“แ‰ตแขโ€

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

25 Oct, 04:55


#แŠญแแˆ_แˆแˆˆแ‰ต

แŠฅแˆตแˆแˆแŠ“ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แŒจแˆแˆฎ แˆแˆ‰แˆ แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ†แ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ต แ‹จแ‰ณแ‹˜แ‹˜ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แŠแ‹แข ๐Ÿ‘‡
1แŠ› แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 15แฅ28 โ€œแˆแˆ‰ แŠจแ‰ฐแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŒแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแˆ‰ แ‰ แˆแˆ‰ แ‹ญแˆ†แŠ• แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ #แˆแŒ_แˆซแˆฑ แ‹ฐแŒแˆž #แˆแˆ‰แŠ•_แˆ‹แˆตแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต_แ‹ญแŒˆแ‹›แˆแขโ€

แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 13แฅ8 โ€œแŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ตแŠ“ แ‹›แˆฌ #แŠฅแˆตแŠจ_แ‹˜แˆ‹แˆˆแˆแˆ_แ‹ซแ‹ แŠแ‹แขโ€

แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 42แฅ1 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 21แฅ11 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠแ‰ฅแ‹ญ แŠแ‹ แŠซแˆˆ "
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17แฅ3 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฐแŠ› แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 8แฅ40 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆฐแ‹ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
๐Ÿ‘†
แ‹ญแˆ…แŠ• แŠ แ‰ฃแ‰ฃแˆ แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰ƒแ‹ˆแˆ™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‰ แˆ˜แˆˆแŠฎแ‰ณแ‹Š แˆฅแˆแŒฃแŠ• แˆ‹แ‹ญ แˆŠแˆพแˆ™แ‰ต แŠ แ‹ญแˆแˆแŒ‰แˆแข

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

25 Oct, 04:48


#แŠญแแˆ_แŠ แŠ•แ‹ต

แŠฅแˆตแˆแˆแŠ“ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แŒจแˆแˆฎ แˆแˆ‰แˆ แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ†แ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ต แ‹จแ‰ณแ‹˜แ‹˜ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แŠแ‹แข ๐Ÿ‘‡
1แŠ› แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 15แฅ28 โ€œแˆแˆ‰ แŠจแ‰ฐแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŒแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแˆ‰ แ‰ แˆแˆ‰ แ‹ญแˆ†แŠ• แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ #แˆแŒ_แˆซแˆฑ แ‹ฐแŒแˆž #แˆแˆ‰แŠ•_แˆ‹แˆตแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต_แ‹ญแŒˆแ‹›แˆแขโ€

แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 13แฅ8 โ€œแŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ตแŠ“ แ‹›แˆฌ #แŠฅแˆตแŠจ_แ‹˜แˆ‹แˆˆแˆแˆ_แ‹ซแ‹ แŠแ‹แขโ€

แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 42แฅ1 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 21แฅ11 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠแ‰ฅแ‹ญ แŠแ‹ แŠซแˆˆ "
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17แฅ3 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฐแŠ› แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 8แฅ40 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆฐแ‹ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
๐Ÿ‘†
แ‹ญแˆ…แŠ• แŠ แ‰ฃแ‰ฃแˆ แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰ƒแ‹ˆแˆ™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‰ แˆ˜แˆˆแŠฎแ‰ณแ‹Š แˆฅแˆแŒฃแŠ• แˆ‹แ‹ญ แˆŠแˆพแˆ™แ‰ต แŠ แ‹ญแˆแˆแŒ‰แˆแข

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

25 Oct, 02:46


แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แŒŒแ‰ณ แ‹ˆแ‹ญแˆ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ฅแˆŽ แ‹จแˆšแŒ แˆฉ แˆแˆ‰ แ‰…แŒฃแ‰ต แ‹ˆแ‹ญแˆ แŒˆแˆƒแŠแˆ แŠฅแˆณแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŒˆแ‰ก แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆตแ‰ฐแˆ›แˆจแ‹  แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰?

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

23 Oct, 05:27


#Seenaa hedduu #garaa_nama_nyaatu, hundi keessanuu dhageefadhaa hiriyoota keessanii sheerii taasisa. #Rabbiin milkii #duniyaa fi #Aakeratillee isinii haa kennuu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

20 Oct, 07:21


#Mindaan warroota #Yesuusiin_Goofta jedhuu #ibidda ta'uu Yesuus ofumaa isaatii barsiisuu quba qabduuโ‰๏ธ

Sagantaa kana #Sheerii taasisaa lammiiwwan keenna biraan gahaa, osoo nama tokkollee taatee maaltu beekaa Rabbiin dukkana kufrii irraa baraaruun ni malaa. #Cufa nama ergaa tana sheer osoo nama tokkollee taatee geessee, #qubsuma_tee_Rabbiin_Firdoosiin haa taasisu. Amiiiiiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

19 Oct, 18:28


แŠ แ‰ฅแˆจแˆƒแˆ แˆ€แ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แŠ แˆˆแ‹ แŒแŠ• แ‰ แˆ˜แŒฝแˆแ‰ แ‹แˆตแŒฅ แŠ แˆแ‰ฐแŒปแˆแˆแข แŒ‰แ‹ต แŠฅแŠฎ แŠแ‹โ€ผ๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

19 Oct, 03:53


#แ‰ แˆ›แˆญแ‰†แˆต_แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆ˜แˆแˆ…แˆญ แ‰ฐแ‰ฅแˆแˆ #แ‰ แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต_แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ แ‹ฐแŒแˆž #แŒŒแ‰ณ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‰ฐแˆปแˆฝแˆแˆแขโ€ผ๏ธ๐Ÿ‘‡
แˆ›แˆญแ‰†แˆต 9แฅ5 โ€œแŒดแŒฅแˆฎแˆตแˆ แˆ˜แˆแˆถ #แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ•แฆ #แˆ˜แˆแˆ…แˆญ_แˆ†แ‹ญแฅ แ‰ แ‹šแˆ… แˆ˜แˆ†แŠ• แˆˆแŠฅแŠ› แˆ˜แˆแŠซแˆ แŠแ‹แŠ“ แŠ แŠ•แ‹ต แˆˆแŠ แŠ•แ‰ฐ แŠ แŠ•แ‹ตแˆ แˆˆแˆ™แˆด แŠ แŠ•แ‹ตแˆ แˆˆแŠคแˆแ‹ซแˆต แˆฆแˆตแ‰ต แ‹ณแˆถแ‰ฝ แŠฅแŠ•แˆฅแˆซ แŠ แˆˆแ‹แขโ€
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 17แฅ4 โ€œแŒดแŒฅแˆฎแˆตแˆ แˆ˜แˆแˆถ #แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ•แฆ #แŒŒแ‰ณ_แˆ†แ‹ญแฅ แ‰ แ‹šแˆ… แˆ˜แˆ†แŠ• แˆˆแŠฅแŠ› แˆ˜แˆแŠซแˆ แŠแ‹แค แ‰ฅแ‰ตแ‹ˆแ‹ตแˆตแฅ แ‰ แ‹šแˆ… แˆฆแˆตแ‰ต แ‹ณแˆต แŠ แŠ•แ‹ฑแŠ• แˆˆแŠ แŠ•แ‰ฐ แŠ แŠ•แ‹ฑแŠ•แˆ แˆˆแˆ™แˆด แŠ แŠ•แ‹ฑแŠ•แˆ แˆˆแŠคแˆแ‹ซแˆต แŠฅแŠ•แˆฅแˆซ แŠ แˆˆแขโ€

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

17 Oct, 03:17


Sochiin #Islaamummaa_Addunyaadhaaf jedhu akkuma itti fufetti jira. Alhamdulillah.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

16 Oct, 09:01


#แŠขแ‹จแˆฑแˆต แ‰ แŠแ‰ต #แŠแ‰ขแ‹ญ แŠแ‹ แ‰ฅแˆˆแ‹ แ‹ซแˆ‹แˆ˜แŠ‘แฃ แŠ แˆแŠ• แŒแŠ• แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠ แˆแˆ‹แŠญ แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• #แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ_แŠแ‰ขแ‹ญ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แ‰ฐแ‰€แ‰ฅแˆˆแ‹‹แˆแข

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

15 Oct, 22:37


#Affeerraa_Dhugaa fi #caaltuu taate.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

13 Oct, 03:42


#Mee_maaluma_jettuโ‰๏ธ
๐Ÿ‘‡
Diiniin Rabbiin malee jaarraa keenna kana keessatti abbaa dhabee. #Namuu_ganduma #ofii_keessa_jiru #bareechuu_malee rakkataan nama hin qabne namni laalu tokkollee dhabamee. Yaa hawaasa Muslimaa Mee maaluma jettuโ‰๏ธโ‰๏ธโ‰๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

12 Oct, 02:23


Naannoo #Sidaamaa Aanaa #Habeelaa Liidaa, Ganda #Haassaa_Baraatti #namoonni_93 Islamumma fudhatanii jiru.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

10 Oct, 03:23


https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

09 Oct, 04:16


https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

08 Oct, 05:19


แŠจแŒดแŠ•แŒค แŠฅแˆแŠแ‰ต แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‹ญ แŠ แ‹ณแˆ แŒ‹แˆญ แ‹จแ‰ฐแ‹ฐแˆจแŒˆ แ‰ƒแˆˆ แˆแˆแˆแˆต #แŠญแแˆ_1

แˆ€แ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ตแˆ… แ‰ตแŠญแŠญแˆˆแŠ› แˆ€แ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แˆˆแˆ˜แˆ†แŠ‘ แˆ›แˆจแŒ‹แŒˆแŒซแˆ… แˆแŠ•แ‹ตแŠ• แŠแ‹ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แˆฒแŒ แ‹จแ‰…
แˆ˜แŒฝแˆแ แ‰…แ‹ฑแˆต แˆฒแ‰ฐแˆจแŒŽแˆ แ‰ แ‰ฐแˆณแˆณแ‰ฐ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แ‰ฐแ‰ฐแˆญแŒ‰แˆŸแˆ แ‰ แˆ›แˆˆแ‰ต แ‹จแŠฅแˆแŠแ‰ต แˆ˜แŒฝแˆƒแ‰แŠ• แ‰ฐแ‰ธโ€ผ๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

06 Oct, 23:43


#Sidaamaa Ganda #Borcanootti, Dubartii 119 Dhiiraa 111 fi wolumaa galatti #namoonni_230 ol Islamumma fudhatanii jiru.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

02 Oct, 03:45


แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 13แฅ8 โ€œแŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ตแŠ“ แ‹›แˆฌ #แŠฅแˆตแŠจ_แ‹˜แˆ‹แˆˆแˆแˆ_แ‹ซแ‹ แŠแ‹แขโ€

แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 42แฅ1 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 21แฅ11 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠแ‰ฅแ‹ญ แŠแ‹ แŠซแˆˆ "
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17แฅ3  "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฐแŠ› แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 8แฅ40 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆฐแ‹ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
๐Ÿ‘†
แ‹ญแˆ…แŠ• แŠ แ‰ฃแ‰ฃแˆ แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰ƒแ‹ˆแˆ™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‰ แˆ˜แˆˆแŠฎแ‰ณแ‹Š แˆฅแˆแŒฃแŠ• แˆ‹แ‹ญ แˆŠแˆพแˆ™แ‰ต แŠ แ‹ญแˆแˆแŒ‰แˆแข

Turullee Dhugatu Mo'ata

01 Oct, 03:31


แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 13แฅ8 โ€œแŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ตแŠ“ แ‹›แˆฌ #แŠฅแˆตแŠจ_แ‹˜แˆ‹แˆˆแˆแˆ_แ‹ซแ‹ แŠแ‹แขโ€

แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 42แฅ1 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 21แฅ11 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠแ‰ฅแ‹ญ แŠแ‹ แŠซแˆˆ "
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17แฅ3  "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฐแŠ› แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 8แฅ40 "แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆฐแ‹ แŠแ‹ แŠซแˆˆ"
๐Ÿ‘†
แ‹ญแˆ…แŠ• แŠ แ‰ฃแ‰ฃแˆ แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰ƒแ‹ˆแˆ™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‰ แˆ˜แˆˆแŠฎแ‰ณแ‹Š แˆฅแˆแŒฃแŠ• แˆ‹แ‹ญ แˆŠแˆพแˆ™แ‰ต แŠ แ‹ญแˆแˆแŒ‰แˆแข

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

28 Sep, 02:32


Hawaasa diin Islaamaa qaamaa qalbiin simatu, baaxilli hundi dachii tee keessaa haa baatu. Qubsumti tee Firdoosiin haa taatuu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

27 Sep, 02:30


แ‹ˆแ‹ฐ แˆŒแˆŽแ‰ฝ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ถแ‰ฝ แŒแ‹›แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแŠ•แŒˆแ‰ฃ แˆŠแŠจแˆˆแŠญแˆ‰แŠ• แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰, แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠฅแ‹แŠแ‰ต แ‰ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆแ‰ฅ แ‹แˆตแŒฅ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแŒˆแ‰ฃ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แŠ แ‹ญแ‰ฝแˆ‰แˆ.
moonaa amantii biroo seenuu nu dhuurguu danda'u malee dhugaan qalbii namaa seenuu dhoorguu hin danda'an

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

25 Sep, 03:35


#Sammuu_diiniif_yaaddu wonta garaa nyaattuu!!!

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

23 Sep, 02:10


Rabbiin akka nuti isa gabbarruuf nu uume. #Amantaa_Islaamummaa irraatti.
แŠ แˆ‹แˆ… แŠฅแˆฑแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแŠ“แˆ˜แˆแŠจแ‹ แˆแŒฅแˆฎแŠ“แˆแข  แ‰ แŠฅแˆตแˆแˆแŠ“ แŠฅแˆแŠแ‰ต แˆ‹แ‹ญแข

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

22 Sep, 03:28


#Aanaa_Areeroo, #Mataa_Gafarsaa Seenaa hojjatan. Yoo dhugaan ifatti bahamtee hin lallabamin, baaxilli mataa irraatti nama bahuu yaalti.

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

20 Sep, 18:13


Naannoo Sidaamaa, Aanaa Gorchee, #Magaalaa_Harootti, abboota Gadaa 20 ol dabalatee #namoonni_140 ol Islamumma fudhatan
แ‰ แˆฒแ‹ณแˆ› แŠญแˆแˆ #แˆ€แˆฎ_แŠจแ‰ฐแˆ› แ‰ แŒŽแˆญแ‰ผ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แŠจ20 แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแŒ‹แ‹ณ แŠ แˆ˜แˆซแˆฎแ‰ฝแŠ• แŒจแˆแˆฎ แŠจ140 แ‰ แˆ‹แ‹ญ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แŠฅแˆตแˆแˆแŠ“แŠ• แ‰ฐแ‰€แ‰ฅแˆˆแ‹‹แˆ แข

https://t.me/Xaaliburidallah

Turullee Dhugatu Mo'ata

19 Sep, 19:03


#แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 8แฅ40 แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แˆฐแ‹ แŠแ‹ แŠซแˆˆ แŠฅแŠ“ #แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 13แก8 #แŠฅแˆตแŠจ_แˆˆแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆแˆ_แ‹ซแ‹_แŠแ‹ แŠซแˆˆ แŠขแ‹จแˆฑแˆต แˆแŠ• แˆ˜แˆ†แŠ• แŠ แˆˆแ‰ แ‰ต แ‰ฅแˆˆแ‹ แ‹ซแˆตแ‰ฃแˆ‰โ‰๏ธ
#Yohaannis 8:40 Yesus #namadha yoo jedhe #Ibroota 13:8 immoo #bara baraan isuma yoo jedhe, Yesus maal ta'uu qaba jettanii yaadduโ‰๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah

13,066

subscribers

563

photos

253

videos