Jama'aa Muslima Torban Diida'aa @torbandidea Channel on Telegram

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

@torbandidea


Jama'aa Muslimtotaa Torban Diida'aa jaarmaya dhimmoota amantii islaamaa,diinagdee fi hawasummaa irratti hojjatu.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa (Amharic)

ቡሎአሪ ወረርሽኖት ማውንም ከኢስላም አቤቱታ ክፍፍሎች በወደቁና በእራሱ ላይ ሰልፉ በማድረስ ከማህበረሰብ አልበላ ፎርማትን ለመቆየት በሳየ ግላዊ እና ስደተዊ እቅድ ሁኖክ ያተልዎና የልም ጨለታና የልም ባል ስእሊ ድኅሙን እና ድኅሙኖችከ ቤት ማናዳብና ጦተም ድእምኖች በፍርእን ለመጠቀም ስእሊየሁኖክ ውድ እንዲሆን በለኺዊሽ ከጻፈዛም ጽምዱከ ፕዘቴናሃላዊኪ ፈሳሽኪ ሳዙእተኒ ቅርከብዒረሲ እውተሞግቴሽ ከፍኮህከ ምርምርን ቀጠተሽለሒ የእናትሒክ እናትሒክ ቃሏቲ ቤለተእናመሾክ መከብና ረሖአሁተ መቃቃቲ ቃክለቃክለ መወቄሾክ ብአብሩሃሩሃፕርምናተደቆሾክ ልሲየሩሃርርደሺየ ሽቐቅዋሃዋጐክልብልብ ማእስወነሽቃላባደቲጋክክሂሱሂሱይ

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

30 Nov, 07:04


ዛሬ 1⃣1⃣:0⃣0⃣ ሰአት ላይ ይጠናቀቃል


የሲራራ አዋርድ 3 ሚሊዮን ብር አሸናፊ ለመሆን የተወሰኑ ሰአታት ብቻ ይቀራሉ። ስለዚህ እስከ አሁን ላይክ ያላደረጋችሁ ታች ባለው ሊንክ በመግባት ዒልማ ኮሌጅ ሀሳብ ላይ ላይክ በማድረግ ለ ኮሌጁ ምስረታ ደማቅ የሆነ አሻራችሁን እንድታሳርፉ እንጠይቃለን። ይህ የ ዒልማ ኮሌጅ የምስረታ ሀሳብ የቀረበው የአዲስ አበባ ዩኒቨርስቲ ሙስሊም ተማሪዎች ህብረት የ 6 ኪሎ ጀመአ አሚርና የ4ኛ አመት የፖለቲካል ሳይንስና አለም አቀፍ ግንኙነት ተማሪ በሆነው ኢስማኢል አብዱሮ አማካኝነት ነው።

Sa'aati 1⃣1⃣:0⃣0⃣ irratti goolabama

Dorgommiin Siraaraa Badhaasa qarshii Miiliyoona 3 injifachuuf sa'aatii muraasa qofatu hafa. Kanaafuu namoonni hanga ammaatti like hin godhin like gochuun hundeeffama Koolleejjii ILMAA kana keessatti Ashaaraa keessan akka kaahattan isin gaafanna. Yaanni hundeeffama Koolleejjii ILMAA Amiira Jama'aa barattoota Musliima Yunivarsiitii Finfinnee Campus 6-kilo fi Barataa waggaa 4ffaa Saaynisii Siyaasaa fi Hariiroo Idil-addunyaa Ismaa’il Abdurrootiin kan dhiyaateedha.

like gochuuf/ላይክ👍ለማድረግ👇👇👇

https://web.facebook.com/hijrabanksc/posts/pfbid02kuGG6AcCw53LseXzMnr9MbfA79mZtM2dh857myiBADkobaR44HBQUBdrd52pcRZvl?comment_id=916458207214136

@ismaelabduro

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

29 Nov, 15:04


  Guyyaa 1⃣  qofatu hafa

Obboleessi keenya Amiira Yunivarsiitii Finfinnee Campus 6-kilo kan ta'e fi barataa Saaynisii Siyaasaa fi Hariiroo Idil-addunyaa waggaa 4ffaa kan ta'e akkasumas barreessaa Jama'aa Dargaggoota Majlisa magaalaa Finfinnee, Barreessaan JTD damee Hamdaa Diksiis duraanii Ismaa’il Abdurroo Dorgommii Sirara irratti yaada Hundeeffama Koolleejjii ILMAA dhiyeesse dorgommiin isaa xumuramuuf guyyaa tokkoo qofatu hafa, kanaafuu namoonni hanga ammaatti like hin godhin link armaan gadii kanaan seenuun like akka gootanii hundeeffama koolleejjii Islamaa kanaaf ashaaraa keessan akka kaahatan waamicha isiniif goona.

Inni yaada hojiitiin nutimmoo like'n ni injifanna.

like gochuuf asiin seenaa👇👇👇
https://web.facebook.com/hijrabanksc/posts/pfbid02kuGG6AcCw53LseXzMnr9MbfA79mZtM2dh857myiBADkobaR44HBQUBdrd52pcRZvl?comment_id=916458207214136

@ismaelabduro

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

24 Nov, 12:37


Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Yaa'ii Idilee 3ffaa guyyaa hardha 15/3/2017 gaggeessen Koree Hojii Rawwachiiftuu Haara Bara 2017 filate.

Haaluma kanaan
1. Ahmad Amaan Hoggana Ol'aanaa Jama'ichaa
2. Muhammadnuur Haashim I/aanaa walii galaa fi I/Gaafatama Kutaa Barnoota
3. Nuuraa Faanus Barreessa walii galaa
4. Sh Misbah Amaan I/Gaafatama Seektara Karooraf hordoffii fi kutaa Gurmaa'ina.
5. Yaassin Seeyfuu I/Gaafatamaa Seektara Diinagdee gochuun filateera.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

24 Nov, 12:37


Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Yaa'ii Idilee 3ffaa guyyaa hardha 15/3/2017 gaggeesse.

Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Yaa'ii Idilee 3ffaa guyyaa hardha Magaalaa Arsii Roobetti taa'eera. Yaa'ii kanaanis Gabaasa Bara 2016 gamaaggameera. Karoora bara 2017 raggaasiseera. Akkasuma Koree hojii rawwachiisuu bara 2017 filachuun yaa'ichi milkiin goolabameera.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

22 Nov, 05:49


Reminder❗️❗️❗️

በ አዲስ አበባ ዩኒቨረስቲ ሙስሊም ተማሪዎች ህብረት የ6ኪሎ ጀመዓ አሚር እንዲሁም በአዲስ አበባ መጅሊስ የተቋማት ማህበር ጉባኤ ፀሐፊና  የ4ኛ አመት የ ፖለቲካል ሳይንስ እና አለም አቀፍ ግንኙነት ተማሪ የሆነው ወንድማችን  ኢስማዒል  አብዱሮ በሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር ላይ ለመወዳደር ሀሳቡን አቅርቧል::

እና ሁላችሁም ከታች ባለው link በመግባት ሀሳቡን አይታችሁ በሒጅራ ባንክ የፌስቡክ ኮሜንት ሳጥን ላይ በመግባት ላይክ ታደርጉ እና አስተያየት ትሰጡ ዘንድ እንዲሁም ይሄንን ቅን ወንድማችንን የ 3 (ሶስት) ሚሊዮን ብር አሸናፊ እንዲሆን  ታግዙት ዘንድ ጋበዝናችሁ!"👇

Obboleessi keenya Amiirri Jama'aa Barattoota Musliima Yunivarsiitii Finfinnee Campus 6-kilo akkasumas barreessaa waldaalee Majlisaa magaalaa Finfinnee fi barataa Saaynisii siyaasaa fi hariiroo idil-addunyaa waggaa afraffaa kan ta'e Ismael Haji Abduro baankii Hijraa irratti dorgommii business mataduree ILMA college jedhuun Siraaraa Awardif dorgomaa jira waan ta’eef fuula Facebook hijra bank link armaan gadii kanaan seenuun comment isaa like akka gootan isin affeera.

Hijra Bank Link 👇👇👇
https://web.facebook.com/hijrabanksc/posts/pfbid02kuGG6AcCw53LseXzMnr9MbfA79mZtM2dh857myiBADkobaR44HBQUBdrd52pcRZvl?comment_id=916458207214136

Ismael Abduro Facebook Link 👇👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=61556497600845&mibextid=JRoKGi

እሱ በሀሳብ እኛ በላይክ እናሸንፋለን👍👍👍!!!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

20 Nov, 14:35


በ አዲስ አበባ ዩኒቨረስቲ ሙስሊም ተማሪዎች ህብረት የ6ኪሎ ጀመዓ አሚር የሆነው ወንድማችን  ኢስማዒል  አብዱሮ በሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር ላይ ለመወዳደር ሀሳቡን አቅርቧል::

እና ሁላችሁም ከታች ባለው link በመግባት ሀሳቡን አይታችሁ በሒጅራ ባንክ የኮሜንት ሳጥን ላይ ላይክ ታደርጉ እና አስተያየት ትሰጡ ዘንድ ጋበዝኳችሁ!👇

Obboleessi keenya Amiirri Jama'aa Barattoota Musliima Yunivarsiitii Finfinnee Campus 6-kilo baankii hijraa irratti dorgommii business plan dorgomaa jira waan ta’eef fuula Facebook hijra bank link armaan gadii kanaan seenuun comment isaa like akka gootan isin affeera.

👇👇👇👇 like his comment.

https://www.facebook.com/share/p/6DT5WApuMg12fG5K/

https://t.me/ismaelabduro

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

19 Nov, 17:01


Koree ijaarsa Jama'aa Muslimaa 7'n Diida'aa Damee Hamda Diksis barattoota waliin marii taasise .


10/3/2017 Hamda Diksis !!!

Eeruu media

Koree ijaarsa Jama'aa Muslimaa 7'n Diida'aa Damee Hamda Diksis Barattoota mana barumsaa Hamdaa Diksiis sad 1ffaa lakk. 2 masjiida mubarakitti akkasumas barattoota M/B sadarkaa 2ffaa Hamdaa Diksiis kutaa 9-10 masgiida Aksatti waaree duraa fi booda marii dhimmoota kannen akka
: - buusii miseensummaa
:- darsii irratti Fi KKF
Irratti mariataniiru
Kan mariisisee sh Kaamil sh Juundii I/A Amiira

Join for more
👇👇👇
https://t.me/TorbanDidea
https://t.me/JMTDDHD

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

19 Nov, 10:21


Kolleejjin Imaamu Shaafi'ii Barattoota Haara simatee barsiisuudhaf beeksisaa baase jira. Warrootni Ulaagaa guuttan carran miidhagaan kun akka isin dabarre! Itti fayyadama. Akkasuma waliifis share godha.

Ulagaalee barbaachisoo Suuraa irra ilaala.
Galmaayudhaf: https://forms.gle/Lws7Ejq33NSowARd7

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

17 Nov, 03:33


Jama'aan Muslimaa 7'n Diida'aa damee Hamda Diksiis barattoota univarsiti deeman geggeesse .

(6/3/2017 ) Hamda Diksis !
Eeruu media

Jama'aan muslimaa 7'n Diida'aa damee Hamda Diksiis barattoota gara univarsiti deemanakkasumas barattoota kutaa 6 & 8 bara 2016 barataa turani qabxii olaana akka mana barumsatti fidan badhaasa kennefi jira . Baratooni kuni kanaan duraa Amiirota koree garagaraa , miseensa fi gahee adda adda taphacha turan jama'aa kana keessatti .

Join for more
👇👇👇

https://t.me/TorbanDidea

https://t.me/JMTDDHD

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

16 Nov, 18:13


Waamicha walgahii Yaa'ii waliigalaa JTD

Miseensota Yaa'ii waliigalaa JTD hundaaf: Jama'aan Muslima Torban Diida'aa walgahii Yaa'ii Walii Galaa 3ffaa magaalaa Roobee Arsii Giddugala Masjiida Imaamushaafi'iyitti gaafa guyyaa 15/03/2017 ganama sa'aa 2:30 irraa eegalee waan gaggeessuf miseensonni yaa'ichaa hunduu Waraqaa miseensummaa JTD kan haaromfamee qabachuun yeroo fi iddoo jedhamettti akka argamtan Jama'ichi waamicha isiniif godheera.

Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

11 Nov, 15:47


Leenjiin Hooggantootaa JTD'tiif Guyyoota 2'f kennamaa ture goolabameera.

Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Kolleejjii Imaamu Shaafi'iyyii waliin ta'uun Hoggantoota isaatiif Koorsii gara garaa 6 kan Dandeetti Rawwachisummaa isaani cimsuu kennee jira.

Leenjichi kennama kan ture Magaalaa Adaamaa Mooraa Kolleejjii Imaamu Shaafi'iyyitti yoo ta'uu; Leenjichis Doktoroota fi Barsiisoota Muxannoo Yeroo dheeraa qabaniin kennamuun adda kan isaa taasisuudha.

Xumuraa leenjicha irratti Waraqaan Ragaa Kolleejjiicha irra Leenjitootaf kennamee jira.

Leenjiitootni Yaadaa kennaniin: Leenjichi qabiyyee fi haalli kenniinsa isaas hawwataadha jedhaniiru. Waan leenjinee hojirraa oolchuu fi namoota biroo leenjisuufis qophii ta'uu dubbataniiru. Akkasuma leenjiin akkana kun irra deddeebin akka kennamuu gaafataniiru.

Jama'aan Muslima Torban Diida'aas Kolleejjiin Imaamu Shaafi'iyyii Leenjii kana hoggantoota keenyaf kennuu isaatif galataa guddaa galchaaf. Irraa deebiin galatooma jennaan.

Hoggansi Kolleejjii Imaamu Shaafi'iyyis Dargaggoota fi qaamota hawaasa gara garaaf leenjiilee kennuu kan itti fufu ta'uu beeksisaniiru.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

11 Nov, 15:31


Suuraalee Leenjii

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

11 Nov, 15:29


Suuraalee Leenjii

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

09 Nov, 18:56


Koreen ijaarsa fi rippoortaraa
Jama'aa Muslimaa torban Diida'aa damee Hamda Diksiis waliin ta'uun Masjiida Anawaar qulqulleessan.

Guyyaa 30/2/2017

Koreen ijaarsa fi rippoortaraa Jama'aa muslima torbaan Diida'aa damee Hamda Diksiis miseensonni waloon ta'uun masjiida Anawaar dallaa isaa keessa qulqulleessani jiru .


Jama'aa muslima Torban Diida'aa .


Join godhaa 👇👇👇

https://t.me/TorbanDidea

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

09 Nov, 13:34


Leenjiin Hooggantootaa Jama'aa Muslima Torban Diida'aatiif kennamuu eegalee.

Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Kolleejjii Imaamu Shaafi'iyyii waliin ta'uun Hoggantoota isaa Dandeetti Rawwachisummaa isaani guddisuudhaf guyyoota 2,f Magaalaa Adaamaa Kolleejjii Imaamu Shaafi'iyyiitti Leenjii kennaafi jira.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

08 Nov, 08:05


Anas bin Maalik irraahi Rabbi irraa haa jaalatuu Nabiin ﷺ akki je’e:

"Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 Isarratti buusa, cubbuu 10 irraa haqa, sadarka 10 Isaaf ol fuudha."

Salawaata Nabirra buusuun yeroo kee bareeffadhu.!


S A W

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

08 Nov, 05:59


﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آَمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾


- Salawaata ergama rabbii ﷺ irraatti buusuun guyyoota biroo irraa Jum'aa irra jaalatamaadha, halkan isaalleen irra caala halkaniiti. Akkuma ergamaan rabbiiﷺ jedhan :

("إن من أفضل أيامكم يوم الجمعة فأكثروا عليَّ من الصلاة فيه")

«Irraa caalaan guyyoota keessanii guyyaa jum'aatii, Guyyaa jum'aa keessa salawaata narratti buusuu heddemmeessaa»

💠 Sunnaawwan
#Guyyaa_Jum'aa irraa

➊ Qaama dhiqachuu
➋ Sittoo urgeyfatuu
➌ Siwaaka
➍ Irra bareedaa uffata qabduu uffatuu
➎ Suuraa kahf qaraa'uu
➏ Ganamaan masjiida deemuu
➐ Ergamaa rabbii irratti salawaata heddummeeysuu ﷺ




اللهمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِك على نبينا مُحمَّد وعلى آله وصحبه وسلم تسليماً كثيراً‏.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

03 Nov, 07:06


Jama'aan Muslima Torban Diida'aa
Damee Arsii Roobee.
Marii gaggeese jiraa
Guyyaan 23/02/2017
Koree qindeesiitu waliin marii bal'aa gaggeesee jiraa.
Marii kanaa irraattii haala hojiimata bara kanaa irraattii cimiinaan funduurattii ofuuf ciminaan olka'ee hojjaatu irraattii akka argaamu marii bal'aa gaggeesee jiraa.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

31 Oct, 18:54


Jama'aa Muslima Torban Diida'a Damee Hamdaa Diksiis itti koreen ijaarsaa guyyaa 21/2/2017 barattoota muslimaa M/B sadarkaa 1ffaa waliin taasise.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

30 Oct, 06:46


As wr wb
Koree ijaarsa JMTDDHD Barattoota mana barumsaa Hamdaa Diksiisif ijaarsa taasisee.

Guyyaa 19,2,2017

Koreen ijaarsa barattoota kutaa 11 fi 12 ttif ijaarsa taasise jira .

Namoota irratti argamaan keessaa Barreessa koree ijaarsa Doftoree Maammee fi
Itti aanaa amiraa Ziyaad Turkiyi

Ijaarsi itti fufaa...

JMTDDHD

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

29 Oct, 18:50


Hoggansi Walii Galaa Jama'aa Muslima Torban Diida'aa Damee Hamdaa Diksiis irratti Sagantaa Marii fi Gamaggamaa gaggeessee.

Guyyaa hardha 19/2/2017 Jilli Hoggansa JTD Ahmad Amaaniin Durfamuu kan Muhiddiin Umarii fi Yaassin Seeyfuu of keessatti hammatuu guyyaa hardha JTD Damee Hamdaa Diksiis Gamaggameera. Akkasuma Marii baldhaa Qindeessitoota JTD Damee Hamdaa Diksiis Waliinis Marii baldhaa gaggeesseera. Xumuraa irratti Hanqinoota fi ciminoota jiran adda baasudhan Karoora bara 2017 irratti Qindeessitoota Dameetif hubannoo kennuudhan marichi milkiin goolabameera.

Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

29 Oct, 18:47


Hoggansi Walii Galaa Jama'aa Muslima Torban Diida'aa Damee Arsii Roobee irratti Sagantaa Marii fi Gamaggamaa gaggeessee.

Guyyaa 18/2/2017 Jilli Hoggansa JTD Ahmad Amaaniin Durfamuu kan Muhiddiin Umarii fi Yaassin Seeyfuu of keessatti hammatuu JTD Damee Arsii Roobee Gamaggameera. Akkasuma Marii baldhaa Qindeessitoota JTD Damee Arsii Roobee Waliinis Marii baldhaa gaggeesseera. Xumuraa irratti Hanqinoota fi ciminoota jiran adda baasudhan Karoora bara 2017 irratti Qindeessitoota Dameetif hubannoo kennuudhan marichi milkiin goolabameera.

Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

28 Oct, 16:05


Koreen Gurmaa'ina jama'aa muslimaa Torban Diida'aa damee Hamdaa Diksiis hojii bara 2017 eegalee.

Guyyaa 18 2 2017
Koreen Ijaarsaa jama'aa muslimaa Torbaan diida'aa damee Hamdaa Diksiis baratoota mana barumsaa Diksiis sadarkaa 2ffaattif ijaarsaa taasisee jira .

Nutii dhufuu keessaniif galatooma jedhanii guyyaa biroos sagantaa qabattanii Amiiran kutaa fi Amiira waligalaa Jama'aa M/B Filanaa jedhanii jiru.
Kanaaf guyyaa itti aanu kamisa 21, 2, 2017 tti beelamatanii jiru.

Marii kana irratti namoonni hirmaatan keessa Amiraa jama'aa kan ta'e Ismaa'il H Abunnaa Argamanii jiru.

Jama'aa MTDDHD wal haa ijaaruu jedhaa amiiri koree ijaarsa

IJAARSI ITTI FUFAA
...

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

28 Oct, 12:28


Hoggansi Walii Galaa Jama'aa Muslima Torban Diida'aa Dameelee JTD gara garaa irratti Gamaggamaa fi marii gaggeessuu akkuma itti fufetti jira.

Guyyoota darben JTD Damee Seeruu, JTD Damee Balee Gasgaar fi Damee Amiinyaa irratti Gamaggamaa fi Koreee Qindeessituu Dameelee waliin marii gaggeessum ni yaadatamaa.

Haaluma kanaan guyyaa hardha 18/2/2017 JTD Damee Arsii Roobee irratti gamaggamaa fi marii koreelee qindeessitu JTD Damee Arsii Roobee waliin gaggeesssuu irratti argamuu

Gamaaggamaa fi mariin kun Dameelee JTD kannenittia cimee kan itti fufuu ta'uu Jama'ichi beeksisee


Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

28 Oct, 12:13


Hoggansi Walii Galaa Jama'aa Muslima Torban Diida'aa Damee Amiinyaa irratti Sagantaa Marii fi Gamaggamaa gaggeessee.

Guyyaa 17/2/2017 Jilli Hoggansa JTD Ahmad Amaaniin Durfamuu kan Muhiddiin Umarii fi Yaassin Seeyfuu of keessatti hammatuu guyyaa hardha JTD Damee Amiinyaa Gamaggameera. Akkasuma Marii baldhaa Qindeessitoota JTD Damee Amiinyaa Waliinis Marii baldhaa gaggeesseera. Xumuraa irratti Hanqinoota fi ciminoota jiran adda baasudhan Karoora bara 2017 irratti Qindeessitoota Dameetif hubannoo kennuudhan marichi milkiin goolabameera.

Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

26 Oct, 17:56


Hoggansi Walii Galaa Jama'aa Muslima Torban Diida'aa Damee JTD Damee Balee Gasgaar irratti Sagantaa Marii fi Gamaggamaa gaggeessee.

Guyyaa hardha 16/2/2017 Jilli Hoggansa JTD Ahmad Amaaniin Durfamuu kan Muhiddiin Umarii fi Yaassin Seeyfuu of keessatti hammatuu guyyaa hardha JTD Damee Balee Gasgaar Gamaggameera. Akkasuma Marii maldhaa Qindeessitoota JTD Damee Balee Gasgaar Waliinis Marii baldhaa gaggeesseera. Xumuraa irratti Hanqinoota fi ciminoota jiran adda baasudhan Karoora bara 2017 irratti Qindeessitoota Dameetif hubannoo kennuudhan marichi milkiin goolabameera.

Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

25 Oct, 17:37


Jilli Hoggantoota JTD Ahmad Amaaniin Durfamuu kam Muhiddin Umar fi Yaassin Seeyfuu of keessatti hammatuu guyyaa hardha 15/2/2017 Hawaasa Magaalaa seeruu waliin marii baldhaa gaggeesse.


Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

25 Oct, 17:33


Hoggansi Walii Galaa Jama'aa Muslima Torban Diida'aa Damee JTD Damee Seeruu irratti Sagantaa Marii fi Gamaggamaa gaggeessee.

Guyyaa hardha 15/2/2017 Jilli Hoggansa JTD Ahmad Amaaniin Durfamuu kan Muhiddiin Umarii fi Yaassin Seeyfuu of keessatti hammatuu guyyaa hardha JTD Damee Seeruu Gamaggameera. Akkasuma Marii maldhaa Qindeessitoota JTD Damee Seeruu Waliinis Marii baldhaa gaggeesseera. Xumuraa irratti Hanqinoota fi ciminoota jiran adda baasudhan Karoora bara 2017 irratti Qindeessitoota Dameetif hubannoo kennuudhan marichi milkiin goolabameera.

Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

26 Sep, 11:30


Dhaabbnni Islaamaa JTDn Hojii Barnoota fi Misooma islaamummaa irratti Bifa qindoomina hawaasaa bu'uurfateen sochii godhaa ture irraa waggoottan dabran keessa gargaarsa rabbiitiin bu'aalewwan baay'een argamaniiru.
Yoo xiqqaate Carraa Gama siyaasatiin Hawaasa muslimaatif waggoottan jahan dabran uumamanitti hamma tokko qaruutummaan itti fayyadamuu dandeennee jirra .


tun immoo nama hundaaf hin galtu, gaafa isaaf galtee inni ol ka'u boo'ichi isaa itti deebite .

Waan iftuu tanaan facaafanne dukkana dhuftu keessa nyaanna .

#Mara_hin_dubbatan.

#JTD

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

18 Sep, 09:46


Dhaamsa Ustaaz Abdallaa Idriis Eebba Barattoota JTD'n Magaalaa Adaamaa irratti taasisan

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

16 Sep, 13:42


#KONFIRANSII YAA'II WALIIGALAA IDILEE 2FFAA JTD fi
BU'AALEWWAN ISAA:
********

Bara darbe waggaa har'aa yeroo akkanaa ture kan Yaa'ii waliigalaa #Idilee_2ffaa Magaalaa adaamatti teenyee #Karoora hojii waliif raabsinee hooggansas itti filannee addaan kaane.

Gargaarsa rabbiitiin kunoo gaafa waggaan naanna'ee dhufu immoo osoo yaa'ii #idilee_3ffaa hin taa'in jala bultii isaatti #Injifannoo_karoora qabanneetiin yeroo itti milkoofne keessatti argamna .
Sunis keessumattuj gama #Karoora_Barnoota_Bu'uura_Ibaadatiin hedduu itti milkaa'uun ammas tarkaanfii itti aantuuf #Jala_bultii qophii yaa'ii #idilee_3ffaa keessatti argamna.


#Konfiransii_Yaa'ii Waliigalaa idilee 3ffaa yeroo dhihootti ni gaggeessina.

#Imalli_gara_fuulduraatti

#JTD

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

16 Sep, 10:09


#Eebba_Barattoota_BBI_JTD damee adaamaa.

Sagantaa seena qabeessa Eebba guyyaa kaleessaa magaalaa adaamaa galma "General hospital "tti gaggeeffame irratti Keessummota fi hirmaattota sagantichaatiif Haasa'a gochuun saganticha kan jalqabsiisan #Hoogganaan haarofti JTD #Ahmad_Amaan milkaa'ina sagantaa kanaatifis nama akka Hoogganaa waliigalaatti gahee guddaa taphachuun ifaajee guddaan saganticha kana milkeessuu keessatti jalqabaa hanga xumuraatti nama gahee guddaa baheedha .
Hoogganaa keenya Kabajamaa fi jaalatamaa Hoogganaa JTD: "Ahmad Amaan Usmaan"
umrii nuuf dheeradhaa jennaan.

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

15 Sep, 14:36


Sagantaan Milkaa'inaa guddaadhan goolabamee jira. Galatooma.

Guyyaa hardha 5/1/2017 Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Barattoota Shamarraniif Dubartootaa 130 Magaalaa Adaamaa Masjiidota gara garaatti barsiisa ture haalaa ho'adhan bakka keessummootni gara garaa argamanitti eebbisee jira.

Majlisni Magaalaa Adaamaa, Kolleejjii Imaamu Al-Shaafi'iyyii, Hospitaala Walii Galaa fi Kolleejjii Fayyaa Adaamaa, Jama'aaleen Magaalaa Adaamaa Saganticharraa qooda fudhattanii fi Hawaasni baldhaan guddaa Galatooma!!!