Dhugaan Dhufe @dhugaan_dhufe Channel on Telegram

Dhugaan Dhufe

@dhugaan_dhufe


وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ
“Dhugaan Dhufe; sobni dhabame
Al-Isrā’ 17:81

Kaayyon channel kanaa ragaa irratti hundaa'un hanga rabbi nuuf laaffisee irra barnoota amantaa kiristiyaanaaf Islaama kan irraatti dhihaatu ta'a.

Dhugaan Dhufe (Amharic)

የ Dhugaan Dhufe ተማሪ ቤተሰብና እድሜ በአዲስ አበባ በሚሰራው ቴሌግራም አንባቢ ይህን እትምህርት የሚገኝ ወደ ተማሪ ቤተሰብ ማድረግ እንዴት መረጃ ሲሆን ማንኛውም አስተያየቶችን ይመልከቱ። 'Dhugaan Dhufe' ምንድን ነው? እንዴት ተማሪ ቤተሰብ ነው? እያንዳንዱን ጥያቄ በአዲስ አበባ የሚለዋወጥ ፡፡ 'Dhugaan Dhufe' ተማሪ ቤተሰብ በትክክለኛ ተዷውሎ በኢስላም እና ክሊስት መንገድ የሚምርራቸው በነጻ ነው። የክለብ አካባቢዎች በሌላ እድሜ ከሚገኘው ቤተሰብ ወደ ታላቅ እድሚኖራት የሚኖሩ አማኞችን በማስከበር እና ተማራቂዎችን እናም ተማሪዎችን ለመማር የኤሌክትሮኒክስና የእግዚአብሄር ምሁር እየሆነ በመመልከት ያለበት።

Dhugaan Dhufe

14 Feb, 17:49


📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
       ┏┓
       ┃┃╱╲
       ┃ ╱╱╲╲
       ╱╱╭╮╲╲
       ▔▏┗┛▕▔
    ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲
╱       ωєℓ¢σмє             ╲
   ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲
    ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔

Open Home - Click here

𝐀𝐝𝐝 𝐘𝐨𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥

Ads
@Rafiiqul_Islaam
@Daaru_Salaam

Dhugaan Dhufe

14 Feb, 10:45


𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.

    ╭━━━━━━━╮
    ┃  ●   ══ ▪️      ┃     
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃                        |
    ╰━━━━━━━╯

𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢

𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍

Dhugaan Dhufe

11 Feb, 16:35


السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Hordoftooni channel kanaa marti haala itti fayyaadama keessani isiinif salphifne jirra mataa duree barbaadan as keessa filachuun achi booda mataa duree filatan tuqun dubbisuus ta'ee dhageefachuu dandeessu

1.📘📕Hundeessaan Amantaa Islaamaa Eenyu?
2.'Kiristaan' jechi jedhu, jecha maal jedhamu irraa mogaafame?
3. Eenyutu Amantii ati hordofaa jirtu tana akka hordoftu si ajaje?
4.Baayibiliin( macaafni qulqulluu ) Fooyya'uu Quba qabduu? kutaa 1ffaa
5.Hangafa kitaabotaa
6.Baayibiliin fooyya'uu akkamiin beekuu dandeenna? Kutaa 2ffaa
7.እርሾ (ካሜራ) ~ Yeast ~ ለምትመገቡ !!
8.Fannifamuun Yesuus bu'aa buusee?
10.Kutaa 3ffaa
Dogoggorri kan eenyuuti?
Fayyisaan dhugaa Eenyu? Yesuus moo waaqayyoo?
11."Waaqa" nabiyyiin isaa isa shakku
12.Waaqa waaqayyoota
13.YESUUS EESSAAN WAAQA TA'A?
14.Kutaa 4ffaa yesuus ilma waaqati?
15.Iyyeesus jireenya eessa argate?
(Lubbuu ittin jiraatu eessa argaate)?
16.Beektuu Laata?ሥላሴ_(sillaasee)" Kutaa 1⃣ffaa
17.Diraamaa waa'ee fannifamuu Yesuus irratti jiru
18."ሥላሴ(sillaasee)"Kutaa2⃣ffaa
19.ሥላሴ (sillaasee)"Kutaa 3⃣ffaa
20. Wangeela yohannis 14:6 sheikh Ahmed Deedat tin
21. "ሥላሴ (sillaasee)"Kutaa 4⃣ffaa
22.Yesus jechuun isa kanaa
23. "ሥላሴ (sillaasee)"Kutaa 5 ffaa fi isa Xumuraa.
24.MIRGA DUBARTI KHAMTU DHIBA - SHEIKH QAMAR HUSSEIN
25.Rabbiin Qur’aana Irratti “Nuti” Jedhe Dubbata, Allaah’n Meeqa? Kutaa 1ffaa
26.Qur'aanni wangeelaaf Ragaa bahee jiraa ?Kutaa 1ffaa
27.kutaa 1ffaa wolii galaa (warroota sagalee qofaan barbaaddaniif)
28.ክፍል 1 አጠቃላይ (በድምፅ ብቻ ለምትፈልጉ)
29.Rabbiin Qur’aana Irratti “Nuti” Jedhe Dubbata, Allaah’n Meeqa?Kutaa 2ffaa
30.Qur'aanni wangeelaaf Ragaa bahee jiraa ?Kutaa 2ffaa
31.Rabbiin Qur’aana Irratti “Nuti” Jedhe Dubbata, Allaah’n Meeqa?Kutaa 3ffaa
32.Kutaa 4ffaa B yesuus ilma waaqati?
33.Rabbiin Qur’aana Irratti “Nuti” Jedhe Dubbata, Allaah’n Meeqa?Kutaa 4ffaa  isa xumura.
34.Eenyumaa Nabi Muhammad ﷺ fii  Ragaa Ergamuu isaanii.Kutaa 1ffaa
35."Akkaataa Buufamiinsa Qur'aanaa''
36.Yesuus uumama uumame dha dammaqi!!

36.🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊
"Islaamummaan yoom eegalte? eenyuun eegalte?
eenyu faatu Islaama ture ?
🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊
37.Yesuus uumama akkuma nama kamiiyyuu uumameedha.
38.Yesuus na waaqqessaa jedheeraa?
*****
39.Injiilii Iisaa (As)
40.🔴PHAAWULOS ENYU AKKA TA’E BEEKTUU LAATA?
41.ALLAHU الله tokko ta'uu isaa Qur'aana fi macaafa qulqulluu keessatti:
42. Iyyeesus Eenyu? Kutaa1ffa
43. Iyyeesus Eenyu? Kutaa 2ffaa
44. Iyyeesus Eenyu? Kutaa 3ffaa
45. Ka'abaa Fi Muslimoota
46. Hajarul Aswad
47.Mirga dubartoota
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
48.Islaamummaan yoom eegalte??
Deebii Abdoo Murtaddiitif kenname
49.ገና👈
50.seenaan haa dubbattu!
51. Qur'aanni maalif afaan arabaatiin ta'e.
....

Dhugaan Dhufe

10 Feb, 07:08


Rabbiin olta'e akkas jedha

ٱللَّهُ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ٱلْحَىُّ ٱلْقَيُّومُۚ لَا تَأْخُذُهُۥ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌۚ لَّهُۥ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلْأَرْضِۗ مَن ذَا ٱلَّذِى يَشْفَعُ عِندَهُۥٓ إِلَّا بِإِذْنِهِۦۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَىْءٍ مِّنْ عِلْمِهِۦٓ إِلَّا بِمَا شَآءَۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضَۖ وَلَا يَـُٔودُهُۥ حِفْظُهُمَاۚ وَهُوَ ٱلْعَلِىُّ ٱلْعَظِيمُ

Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru; (Inni) jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru (hundi) kan Isaati Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanu Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateera Isaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu Innis ol ta’aa, guddaadha.

https://t.me/Dhugaan_Dhufe

Dhugaan Dhufe

10 Feb, 07:06


🔈 Hammeenya Shirkii

خطر الشرك

🎙Abu Asiyah Abdallah

♻️ Magaala Naqamtee
🕌 Masjiida Abuubakr

https://t.me/ifaislaamaa/815

Dhugaan Dhufe

05 Feb, 08:55


Keeyyata mishinaroonni:- Waaqni fi Yesuus tokko ta'uu isaa ragaa godhatan keessaa;


Yohaannis:- 10:30
"እኔና አብ አንድ ነን።
(Abbaanii fi ani tokko isaaniin jedhe.)


Akkuma beekamu ergamaan kamiiyyuu ergaa Rabbii galmasn gahuuf dhufu. Yaada tokko qabu. Yaadni kunis tokkichumaan gabbaramuu Rabbii mirkaneessuudha. Rabbiin kan inni ergamaa ergeef, ummanni tokkicha isaa qofa akka gabbaru gochuudhaafi. Kanaaf, yaada tokko qabu jechuudha.


Gaaffiin asitti nu qabnu:-
1. Yesuus maaliin Waaqa waliin wal fakkaata?
2. Yesuus boo'ee kadhatu fi Waaqni hin kadhanne akkamitti tokko ta'u?
3. Yesuus guyyaa wollaale fi Waaqni waan hunduma beeku akkamitti tokko ta'u?
5. Yesuus barsiisaadha. Waaqni garuu, waa'ee isaatu barsiifama. Maaliin tokko ta'u?
6. Yesuus buddeena nyaatu fi Waaqni waan tokko illee hin nyaanne maaliin tokko ta'u?
7. Yesuus biyya lafaa jiraatu fi Waaqni namni tokko illee hin argine akkamitti tokko ta'u?
8. Yesuus nyaatee boola'u fi Waaqni waan akkasii irraa qulqulluu ta'e maaliin walitti dhufu?
9. Yesuus dhalate fi Waaqni hin dhalanne akkamitti tokko ta'u?
10. Yesuus harka namaatin du'e jedhame fi Waaqni yoomuu jiraataa ta'e akkamitti tokko ta'u?
11. Yesuus waan tokko illee humna ofiitiin uumuu hin dandeenye fi Waaqni uumaa waan hundaa ta'e maaliin tokko ta'u?
12. Yesuus nyaataa fi dhugaatii fayyadamaa guddate fi Waaqni nyaata fi dhugaatii irraa bilisa ta'e, akkamitti tokko ta'u?



https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa

Dhugaan Dhufe

05 Feb, 04:55


Sheykhul Islaam Ibnu Teeymiyyaa Namoota Isa faalleessan waliin akkamitti jiraataa turan?
==========================
Kutaa ①ffaa
=============
Jaarraan amma keessa jirru kun jaarraa isa keessa muslimtoota jidduutti wal-dhabeen haalaan baayyateefi; Sobaan maqaa wal-balleesuu, inni dhugaa qabus garaa jabaatee isa isa miidheef irra dabaruun hafee; maqaa wal balleessuu irra dabaree haga mataa wal balleessuutti yeroo adeemamaa jiru keessa geenyeeti jirra; Nama rabbiin Rahmata godheef malee.

Akkuma beekamu amantii islaamaa keessatti adda ba'uu irra tokkummaan jiraachuun; maqaa fi mataa wal-balleessuu irra nasihaa waliif godhuun; wal-miidhuu irra wal-fayyaduun; wal-mormuu irra waliif galuun waan barbaachisaa akka ta'e shakkii hin qabu.

Rabbiin keenyas qur'aana isaa kabajamaa keessatti tokkkmmaa islaamaa jabeeffachuu akka qabnuufi wal-dhabuu, wal-qooduu, waliin mormuu fi maqaa garaagaraa waliif baasuu irraa akka fagaachuu qabnu nu barsiiseeti jira.

وَأَطِيعُواْ اللّهَ وَرَسُولَهُ وَلَا تَنَازَعُواْ فَتَفْشَلُواْ وَتَذْهَبَ رِيحكم وَاصْبِرُواْ إِنَّ اللّهَ مَعَ الصَّابِرِينَ(الأنفال-46)

"Rabbiifi ergamaa Isaatiifis ajajamaa; walis hin morminaa; luynoomtanii humni keessanis (isin irraa) ni deemtii; obsaa Dhugumatti, Rabbiin obsitoota wajjiin jira"

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ لَا يَسْخَرْ قَوْمٌ مِّن قَوْمٍ عَسَىٰٓ أَن يَكُونُوا۟ خَيْرًا مِّنْهُمْ وَلَا نِسَآءٌ مِّن نِّسَآءٍ عَسَىٰٓ أَن يَكُنَّ خَيْرًا مِّنْهُنَّۖ وَلَا تَلْمِزُوٓا۟ أَنفُسَكُمْ وَلَا تَنَابَزُوا۟ بِٱلْأَلْقَٰبِۖ بِئْسَ ٱلِٱسْمُ ٱلْفُسُوقُ بَعْدَ ٱلْإِيمَٰنِۚ وَمَن لَّمْ يَتُبْ فَأُو۟لَٰٓئِكَ هُمُ ٱلظَّٰلِمُونَ(الحجرات-11)

Dhiironni dhiirota biraa hin tuffatin, Isaan irra caaluun isaanii (tuffatamtootaa) ni mala, Dubartoonnis dubartoota biraa (hin tuffatin)Isaan irra caaluun isaanii (tuffatamtootaa) ni mala, Tokkoon keessan isa biraa maqaa hin xureessin; maqaa qoosaatiin wal hin arrabsinaa, Erga amanuutii maqaan faasiquummaa (amantiin alaa) akkam fokkataa dha! Namni hin tawbatin, isaanumatu miidhaa raawwattoota.

وَٱعْتَصِمُوا۟ بِحَبْلِ ٱللَّهِ جَمِيعًا وَلَا تَفَرَّقُوا۟ۚ وَٱذْكُرُوا۟ نِعْمَتَ ٱللَّهِ عَلَيْكُمْ إِذْ كُنتُمْ أَعْدَآءً فَأَلَّفَ بَيْنَ قُلُوبِكُمْ فَأَصْبَحْتُم بِنِعْمَتِهِۦٓ إِخْوَٰنًا وَكُنتُمْ عَلَىٰ شَفَا حُفْرَةٍ مِّنَ ٱلنَّارِ فَأَنقَذَكُم مِّنْهَاۗ كَذَٰلِكَ يُبَيِّنُ ٱللَّهُ لَكُمْ ءَايَٰتِهِۦ لَعَلَّكُمْ تَهْتَدُونَ(آلعمرتن-103)
Haada Rabbiis hunda ta'aa qabadhaa; adda addas hin ba’inaa, Ni’imaa Rabbii kan yeroo isin diina walii turtan Inni onnee keessan wal simsiisuun ni’imaa Isaatiin obboleeyyan taatan san, yeroo isin qarqara boolla ibiddaa irra turtanii ishee irraa isin baraarses yaadadhaa; Akka isin sirrooftaniif jecha Rabbiin akka kanatti keeyyattoota Isaa isiniif addeessa.

★Ragaaleen qur'aanaa fi hadiisaa mata-duree kana keessatti dhufan akkaan hedduudha.

dhimma tokkummaa islaamaa isa sirrii kanatti namoonni yaadda'uu qaban Namoota #Du'aata ta'nii gama rabbiitti nama waamaniidha. Mata duree guddaa godhatanii beekkumsaa wajjiin irratti hojjachuu qabu. Gara laafummaadhaan nama yaamuu qabu. Arraba bareedaa, fuula bareedaa fi haala bareedaadhaan nama waamuu qabu. Rakkoo fi cinqaa isaan irra ga'u obsaan dabarsuu qabu. Hawaasni diinii hin baratin nama du'aataa irraa waan gaarii dhaga'uu fi waan gaarii irraa dhaaluu qaba. Hawaasni hin baratin nama daa'ii ta'ee haalaa fi amala(arraada)gaariin gama rabbiitti isaan waamu ni jaallatu, ergaa isaatii fi waamicha isaallee irraa qeebalu; utuma maqaa isaa, gosa isaa fi biyya isaallee beekuu baatanii jechuudba.

Haa ta'uu malee; haalli amma namoota maqaa #du'aataa qaban Irra jireessa jidduutti deemaa jiru waan nama gaddisiisuudha. irra keessoon dubbii isaanii wanni nu hubachiisu inni kun isa sana sirreessuuf utuu hin taane anatu moo'aadhaan kan guutame; #Nasiihas(Sirreeffama nama dogongoreef kennamu) amantiidhaan heeyyamame utuu hin taane; akka waan haaloo walirraa ba'uutti yeroo walirratti duulan argina.

Dhugaan Dhufe

05 Feb, 04:49


.

Dhugaan Dhufe

02 Feb, 20:35


#Pamphlet_Kutaa_2ffaa

#Gaafiilee warroota haqa irraa jallatan, #dukkana_kufrii isaa keessa jiran, haala laafaan #isaanitti_mudhiftu. Dandeennu #priintii taasisuun, dadhabnu #sheerii taasisuun dirqama keenna haa baanuu. Ibsa isaa guutuu wojji yeroo dhihootti na eegadhaa. Inshaa Allah.

Namoonni garee Turullee dhugatuu Moo'ata irraatti asiin dura Miseensa hin taane,
Barnootaa fi odeefannoo kanaan wal qabatu argatuuf liinkii asii gadii tuquun, Miseensa ta'uu hin dagatinaa.
👇
https://t.me/Xaaliburidallah

Dhugaan Dhufe

31 Jan, 20:04


Mata Duree Maçaafa Eenyutu Barreesse Jedhu Irratti Immoo

Maarqosiin Eenyutu Barreessee?
Maatiwoosiin Eenyutu Barreessee?
Luqaasiin Eenyutu Barreessee?
Yohaannisiin Eenyutu Barreessee?

Ragaawwan Isaa Sagalee Kana Haa Dhaggeeffannuu!!

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1257

Dhugaan Dhufe

31 Jan, 04:54


Kaayyoo uumama ilma namaa

Dhugaan Dhufe

30 Jan, 16:14


Baayibiliin( macaafni qulqulluu ) Fooyya'uu Quba qabduu?

Baaybiliin fooyya'uu dhageettanii?


Kutaa 1ffaa

Share godha namoota barnoota 👉comparative religion( Amantii wal bira qabun qo'achuuf ) fedhi qabniif gahaa🥰


https://t.me/Dhugaan_Dhufe

Dhugaan Dhufe

25 Jan, 07:47


“Yeroo ummanni isaan irraa ta’e "Namoota Rabbiin isaan balleessuuf yookiin adabbii cimaa isaan adabuuf jiru maaliif gorsitu?" jedhan yaadadhu (Gorsitoonnis) "Gooftaa keessan biratti sababa nuuf haa ta'uufi akka isaanis Rabbiin sodaataniifi" jedhan.” (Qur'aana 7:164)

🛑 7. Sababa ajrii fi keeyrii guddaa Rabbiin irraa argachuu namaa ta'a.

قال الله تعالى: ﴿ لَا خَيْرَ فِي كَثِيرٍ مِنْ نَجْوَاهُمْ إِلَّا مَنْ أَمَرَ بِصَدَقَةٍ أَوْ مَعْرُوفٍ أَوْ إِصْلَاحٍ بَيْنَ النَّاسِ ﴾ [النساء:114].

“Nama sadaqaatti yookiin gaggaarii yookiin gidduu namaatti araarama uumuutti ajaje malee irra hedduu iccitii isaanii keessa toltuun hin jiru. Nama jaalala Rabbii barbaaduuf kana hojjate, fuulduratti mindaa guddaa isaaf kennina.” (Qur'aana 4:114)

🛑 8. Sababa addunyaa fi aakiraatti milkaa'uu namaa ta'a.

قال الله تعالى: ﴿ وَلْتَكُنْ مِنْكُمْ أُمَّةٌ يَدْعُونَ إِلَى الْخَيْرِ وَيَأْمُرُونَ بِالْمَعْرُوفِ وَيَنْهَوْنَ عَنِ الْمُنْكَرِ وَأُولَئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ ﴾ [آل عمران:104].

“Isin irraa ummanni gara khayrii waamtuufi kan gaariitti ajajju badii irraa dhorgitus haa jiraattu. Warri sun isaantu milkaa’oodha.” (Qur'aana 3:104)

🛑 9. Du'aatonni (Namoonni karaa RABBIItti nama yaaman) warroota yeroo namoonni baay'een kisaaran tirfaa'eedha.

والدعاة إلى الله هم الرابحون يوم يخسر الناس، وهم السعداء يوم يشقى الناس.

RABBIIN Qur'aana suuraa Al-Asr 103 keessatti warroota bifa ykn amaloota afur kan suuraa sana keessatti dubbate sana qaban malee hundi dhala namaa hoongoo fi kisaaraa guddaa keessa jiraachuu hime.
Bifoota ykn sifoota sana keessaa tokko nama haqa namaa dhaamee, karaa haqaatti nama yaamee dha.
قال الله تعالى: ﴿ وَالْعَصْرِ * إِنَّ الْإِنْسَانَ لَفِي خُسْرٍ * إِلَّا الَّذِينَ آَمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ وَتَوَاصَوْا بِالْحَقِّ وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ ﴾ [العصر:1 - 3].

🛑 10. Daaw'aan sababa cubbuun namaa namarraa harca'uu ykn balleessuu namaa ta'a.

روى البخاري ومسلم عَنْ حُذَيْفَةَ بْنِ اليَمَانِ رضي الله عنه، عَنِ النَّبِيِّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: «فِتْنَةُ الرَّجُلِ[9] فِي أَهْلِهِ[10] وَمَالِهِ[11] وَوَلَدِهِ[12] وَجَارِهِ[13]، تُكَفِّرُهَا الصَّلاَةُ وَالصَّوْمُ وَالصَّدَقَةُ، وَالأَمْرُ وَالنَّهْيُ»[14].

🛑 11. Walumaa galatti daaw'aan (karaa Rabbiitti nama yaamuun) ajaja Rabbiif awwaachuu ta'a.

قال الله تعالى: ﴿ ادْعُ إِلَى سَبِيلِ رَبِّكَ بِالْحِكْمَةِ وَالْمَوْعِظَةِ الْحَسَنَةِ وَجَادِلْهُمْ بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَنْ ضَلَّ عَنْ سَبِيلِهِ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ ﴾ [النحل:125].

“Gara karaa Gooftaa keetii ogummaafi gorsa bareedaan waami. Ishee (falmii) irra gaarii taateen isaan falmi. Dhugumatti Gooftaan kee nama karaa Isaa irraa jallate ni beekaaInni qajeeltotas beekaadha.” (Qur'aana 16:125)

Barruu tana walii qoodaa keeyrii tana facaasaa.
Jzk
Qopheessaan; Ifaa Dhugaa

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1226

Dhugaan Dhufe

09 Jan, 10:38


السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

💡Kiristoos Eenyu?

Kutaa 3ffaa


💫Qabxiin gaaffiii ta'u ammoo Haawaariyoonni kiristoosin waaqayyoon ta'uu ykn qaaman malaa'ikoota irra caalu akka ta'e yoo fudhatan(amantan), Kiristoosin "Nama" jedhanii waamuun isaanii maaliif ta'iina laata?🤔🤔
Haawaariyoonni Yesuusin "waaqayyummaa isaa erga fudhataniin booda "Nama ture"jedhanii barsiisuun isaanii kabaja isaa tuquufi sadarkaa isaa gadi buusuu hin ta'uu?😳
💥Waan kana qalbii yaada qabduun ilaaluun barbaachisaadha.tasgabbii Fi xiinxallaan sakatta'uunis barbachisaadha.Haawaariyoonni Yesuusin arganii jiran,waliin haasawanii jiran,waliin nyaatanii jiran,kana hunda yeroo raawwatan garuu Yesuus namuma akka isaanii ta'uu isaa waa xiqqoolee shakkanii hin beekan.maarree haaluma kanaan osoo jiran yesus nama osoo hin tanee "waaqayyoo addunyaa uume"osoo isaaniin jedhanii,rifannonniifi dinqisiifannaa namni nuti beeknu tokko waaqayyoo ykn Uumaa addunyaati osoo nuun jedhamtee nutti dhagahamuun Wal qixa.maaliif yoo jettan Yesuus waan namni raawwatu hedduu raawwataa,kufaatiifi milkaa'ina muudataa, gammachuufi gaddi yeroo Isa muudatu arganii jiran.gufuuleen ilma nama muudachuu danda'an yeroo Isa gufachiisan hubatanii jiru. Maarree taateewwan kana fakkaatan kabaja waaqayyummaa isaatiin sadarkaa isaa akka yaadan isaan taasisee ture jedhanii yaaduun ni fudhatama qaba?😔((natti hin fakkaatu!!)).





4.Qolaasaayas 1:15 irratti waa'ee Yesuus "Inni fakkaattii waaqayyoo ijatti hin mul'anneeti;uumama cufaan duras hangafa." Jedha.akkasumas Roomaa 8:29 irratti "akka ilmi isaa obboleeyyan baay'ee keessatti hangafa ta'uuf warri inni duraan dursee beeke akka bifa ilma isaa fakkaataniif Waaqayyo duraan dursee murteesseeraatii" jedha.
Yesuus"Hangafa Uumamaa"ykn jalqaba kan uumame yoo ta'e,akkamitti uumama ta'uu bira darbee Uumaa ta'a?🙄🙄Haalli Kun eenyummaa Kiristoos akka sakattaanu nu hin affeeruu?🧐

Dhugaan Dhufe

09 Jan, 10:38


السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

💡Kiristoos Eenyu?

Kutaa 2ffaa



3.Yesuus ilmaa namaa ta'uun isaa maatewoos 8:20, maatewoos 9:6, maatewoos 17:9, maatewoos 17:22, maatewoos 19:28, maatewoos 20:18, maatewoos 20:28, maatewoos 24:27, maatewoos 24:30, maatewoos 25:31, maatewoos 26:2, maatewoos 26:24, maatewoos 26:45, maatewoos 26:64, maarqos 9:31, maarqos 10:33, maarqos 10:45, maarqos 13:26, maarqos 14:21, maarqos 14:41, maarqos 14:62, Luuqaas 7:34, Luuqaas 9:21-22, Luuqaas 9:44, Luuqaas 9:56, Luuqaas 12:8, Luuqaas 12:40, Luuqaas 18:8, Luuqaas 19:10, Luuqaas 21:27, Luuqaas 22:69, Luuqaas 24:6, Yohannis 3:13-14, Yohannis 5:27, Yohannis 6:27, Yohannis 6:53, Yohannis 6:62, Yohannis 8:28 Fi hojii Ergamoota 7:55-56 irraatti ibsamee jira.maarree osoo waaqayyoon ta'ee,maaliif iddoo heddutti "Ilmaa nama","nama"jedhame? Waaqayyoon namaa?😳keewwatoonni itti aananii jiran waaqayyoon nama akka hin taane ibsu.

👉A) "Waaqayyo akka nama miti; inni hin sobu; yookaan gaabbuudhaaf inni ilma namaa miti...."( Lak 23:19)

👉B) "Waaqayyo inni Israa'eliif ulfina ta'e,akka nama miti! inni hin sobu;hin gaabbu;wanti akka namaati Isa gaabbisiisus hin jiru"jedheen"(1sam 25:29)

👉C) "Ani dheekkamsa koo Isa boba'aa sana gad hin dhiisu; yookaan ani deebiʼee Efreemin hin balleessu. Ani Waaqa malee nama miti;...(Hos 11:9)

🙄"Yesus nama guutuu; waaqayyoo guutuudha"yoo jennu waaqayyoon "Nama" jechaanii jirra.maarree Kuni waaqayyo nama akka hin taane Isa ibsameen kan Wal faallessuu miti?😔


Ittii fufaa insha allaah🥰





https://t.me/Aljannatu_haqqun

Dhugaan Dhufe

09 Jan, 10:38


السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

💡Kiristoos Eenyu?

Kutaa 1ffaa

💥💥 DHIMMAA EENYUMMAA YESUS💥💥


1.Hojii Ergamtoota 2:36 irraatti "Egaa Waaqayyo, Yesus isa isin muka irratti fanniftan kana gooftaadhaa fi Masiihii akka godhe, Israa'eloonni hundinuu utuu hin mamin haa beekan!" jedhe.”Maarree waaqayyo yesusin "Gooftaa"ergaa taasise,jalqaba maal ture? "Gooftaa"kan jedhu maqaa kabajaa yoo ta'ee ni deemsisa.Haa ta'u malee "waaqayyoo dha" hiika jedhuuf waan hin fakkaanne.maaliif yoo jettan yeroon booda "Gooftaa"(waaqayyoon) ta'uun ni danda'amaa?

Keewwatichi kan jedhu"Gooftaadhaa Fi masiihii akka godhe,Israa'eloonni hundinuu utuu hin mamin haa beekan".kana jechuun sirrimatti,gooftummaa yeroon booda argate kan jechuudha.waaqayyoon ammoo gooftummaan isaa kan bara baraati.maarree Yesuus akkamitti waaqayyoon (Gooftaa) jedhamuu danda'a?

2.macaafni Qulqulluun wangeelaa Luuqaas 22:3-5 irratti "Yommus seexanni,Yihudaa nama biyya keriyot warra kudha lamaan keessaa tokko isaa turetti gale; Yommus inni ba'ee attamitti yesusin isaanitti Dabarsee kennuu akka danda'u luboota warra angafoota, dura-buutuu eegduu mana qulqullummaa wajjinis in Mari'ate.Isaan immoo,gammadanii horii isaanif kennuudhaaf in abdachiisan.kana irraatti Yihudaan itti walii galee,..."jedha.

Seexanni Yihuudaa seenee Yesuusin Dabarsee akka Kenny yoo taasiseefi akka kiristaanonni jedhanitti immoo yesuusis qabameee yoo fannifame, seexaanni kiristaanotaaf abbaa galataa ta'eera jechuudha.maaliif yoo jettan kiristaanonni akka jedhanitti "fannifamuu Yesuusin fayyanii cubbuu irraa bilisa ta'an.akkasumas dhaaltota jannataa(mootummaa waaqayyoos)ta'aan."karaan fayyina kiristaanummaa isuma kana.kanafuu seexaanni Yihuudaa seenee Yesuusin Dabarsee akka kennu tasise.sana booda kiristaanummaam akka jedhutti Yesuus qabamee fannifame.yoo sirritti xiinxalline fannoon kiristaanonni "Ittiin fayyine"jedhan akka milkaa'uuf seexaanni gahee adda durummaan gumaachee jira.Daandii fayyinaa diriirsee jira.

👉Maarree barsiifanni kiristaanummaa guddichichiifi fayyinni kan seexanaa hin taanee?😳Seexaanni Yihuudaa seenee Yesuusin Dabarsee akka Kennu osoo tasisuu baay'ee fannoon ni milkaa'aa turtee?🧐
Kiristaanonni cubbuu irraa ni jiraataa turee?

Gonkumaa!!!! Maarree akka seexaanaa kan Gaarii hojjate eenyutu jira? Yesuusin fannisiisee kiristaanota hin fayyifnee ree?🙈🙈

Dhugaan Dhufe

09 Jan, 07:30


Kitaaba Bareedaa
مختصر الجواب الصحيح لمن بدل دين المسيح لشيخ الإسلام ابن تيمية -

اختصره وهذبه :
د. عبدالرحيم بن صمايل السلمي

Dhugaan Dhufe

08 Jan, 17:41


اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎

Kottaa Seenaa Marii Qabnaa

https://t.me/DAARU_SALAAM?livestream=686d3a40fce2458cef

Dhugaan Dhufe

08 Jan, 08:08


Tafsiira Suuraa Shuuraa Fuula 484 Aayata 10 - 15 seenaa dhaggeeffadhaa

https://t.me/DAARU_SALAAM?livestream=723072592b9230e9af

Dhugaan Dhufe

08 Jan, 06:49


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk

Dhugaan Dhufe

07 Jan, 17:41


Live stream finished (26 minutes)

Dhugaan Dhufe

07 Jan, 17:15


Live stream started

Dhugaan Dhufe

06 Jan, 17:58


ODUU GAMMACHIISAA

Barnoota Madaallii Amantaa

•درس مقارنة الأديان
•ሃይማኖታዊ ንጽጽር

Jechi Wal-madaalli Amantaa jedhu Afaan Arabiffaatiin  مُقَارَنَة أديان yoo jedhamu hundee jecha "qaarana" "قَارَنَ "  Jechuunis waliin madaale jedhuu irraan kan dhufe yoo ta'u Afaan ingiliffaatiin Ammoo "Comparative Religion" Wal-madaalli Amataa jedhamee beekama. damee kana jalatti Bu'uuraalee Amantaa Islaamaatii fi kiristaanaa  keessattuu waa'e tokkichummaa Rabbiiti fi waa'ee Kitaabilee Qulqulluu  wal-fakkeenya isaanitii fi garaa garummaa isaanii kan qu'annu ta'a.

Barnoonni kan kennamu
Appoolojistii Islaamaa  Ustaaz Jamaal Kaadir yoo ta'u namoonni galmaa'uu barbaaddan:-

Admin kanaa gadii dubbisaa!

@Urjiinfurguggatamte_2
@First_to_Islam
@Rafiqul_Islaam
@IbnuAdinaan




Share godha waliin gaha

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1067

Dhugaan Dhufe

06 Jan, 17:58


Yeroon galmee dhumuuf deema Barattoonni fidhii qabdan
--------
The registration period is coming to an end Interested students

👇👇👇👇👇

@Rafiqul_Islaam

@shueybi16

@Tofik_Apologist
----
--------
The registration period is coming to an end Interested students
--------
The registration period is coming to an end Interested students

👇👇👇👇👇

@Rafiqul_Islaam

@shueybi16

@Tofik_Apologist
----


0918939892

0944437013

+966563879154

+966534639909

+966563879154
--------
Note few days left.arrive soon.

Dhugaan Dhufe

06 Jan, 07:42


Darsiin Tafsiiraa Eegalamee Jiraa Suuraa Fussilat Aayata 46 - 54

https://t.me/DAARU_SALAAM?livestream=d895142723dc52c9a7

Dhugaan Dhufe

02 Jan, 12:28


ODUU GAMMACHIISAA

Barnoota Madaallii Amantaa

•درس مقارنة الأديان
•ሃይማኖታዊ ንጽጽር

Jechi Wal-madaalli Amantaa jedhu Afaan Arabiffaatiin  مُقَارَنَة أديان yoo jedhamu hundee jecha "qaarana" "قَارَنَ "  Jechuunis waliin madaale jedhuu irraan kan dhufe yoo ta'u Afaan ingiliffaatiin Ammoo "Comparative Religion" Wal-madaalli Amataa jedhamee beekama. damee kana jalatti Bu'uuraalee Amantaa Islaamaatii fi kiristaanaa  keessattuu waa'e tokkichummaa Rabbiiti fi waa'ee Kitaabilee Qulqulluu  wal-fakkeenya isaanitii fi garaa garummaa isaanii kan qu'annu ta'a.

Barnoonni kan kennamu
Appoolojistii Islaamaa  Ustaaz Jamaal Kaadir yoo ta'u namoonni galmaa'uu barbaaddan:-

Admin kanaa gadii dubbisaa!

@Urjiinfurguggatamte_2
@First_to_Islam
@Rafiqul_Islaam
@IbnuAdinaan




Share godha waliin gaha

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1067

Dhugaan Dhufe

29 Dec, 20:45


Ayyaanni #Qillee ajaja macaafa qulqulluuti moo nam-tolcheedha?


Seerri leewwotaa:- 23 gosoota ayyaanaa 7 tarreessa. Macaafni Yesuus ayyaanota kana akka kabaje ibsa.

Luqaas:- 22፡15-16, irratti waa'ee ayyaana maxinoo ykn Faasikaatu ibsame. Faasikaan sooma hiikaadha.

Yohaannis:- 7፡10, irratti waa'ee ayyaana gordommaa ibsa. Kun ayyaana Ayhuudotaati.

Yesuus guyyaa dhaloota isaa yeroo tokko illee hin kabajne. Guyyaa dhaloota koo kabajaa hin jenne. Hawaariyoonni isaa hin kabajne. Barattoota isaa keessa tokko illee ni kabajama kan jedhe hin jiru.

Ayyaanni "Qillee/ገና" yoom kabajamuu akka eegale wanti beekamu hin jiru. Kana qofaa miti, guyyaan Yesuus itti dhalate iyyuu hin beekamu. Ragaan qabatamaa ta'e tokko illee hin jiru.

🧿. Kiristaanotni durii ayyaana kana hin kabajanu. Maaliif yoo jettan, ayyaanni kun, warra ''pagan'' irraa fudhatame waan ta'eef hin kabajanu.

"Kiristaanotni durii guyyaa Yesuus dhalate ayyaana godhatanii hin kabajanu. Kunis kan ta'eef, guyyaa dhaloota nama kamiyyuu kabajuun akka xaaguuta gabbaruutti ilaalama. Xaaguutni; waan Rabbiin ala gabbaramu hunda.

(World book Insaayikiloppidiya, maxxansa 3, 1966, fuula 416.)

“The early Christians did not celebrate His [Christ’s] birth because they considered the celebration of anyone’s birth to be a pagan custom.”

World Book Encyclopedia, Volume 3. 1966, pp. 416.

Akuma beekamu; kiristaanummaan hundeedhurraa kaasee, Nabiyyootaan osoo hin ta'in, waan Yeroon booda namoonni adda addaa akka itti fakkaatetti barreessaniidha. Otuma du'eera ta'ee iyyuu; guyyaa itti buu'an malee guyyaa itti gammadan miti. Sababni isaas; gooftaatu ajjeeffame waan ta'eef. Garuu kiristaanotni hubannoo waan hin qabneef, ajjeeffamuu isaafis gammadaa, ka'uu isaafis gammadu. Dhimma amantii kamiyyuu ragaalee jiran qoratanii hubachuun beekumsa olaanaadha.

Rabbiin karaa qajeelaa Islaamummaa irra isaan haa qajeelchu. Nuyiifis sabaata gaarii haa kennu!!



https://t.me/Know_to_Islamic

Dhugaan Dhufe

28 Dec, 22:09


Live stream finished (3 hours)

Dhugaan Dhufe

28 Dec, 21:25


•Marii•

Mata duraa :–

"Macaafa qulqulluu moo Qur'aanatu sirriidha? "

🎙️ Ustaaz Awwal Kasim

Fi

🎙️Tolaasa Guutamaa

Dhugaan Dhufe

28 Dec, 21:25


•Marii•

Mata duraa :–

"Macaafa qulqulluu moo Qur'aanatu sirriidha? "

🎙️ Ustaaz Awwal Kasim

Fi

🎙️Tolaasa Guutamaa

Dhugaan Dhufe

28 Dec, 18:30


Assamualeykum werahmatullah webarakatu obboleeyyan kiyya har'a akkuma beekamu ustaaz Awel fi farfaatan Toloosa jedhamu mataa duraa "macaafa qulqulluu moo Qur'aanatu sirriidha? "Jedhu irratti sangataa waan jalqabuuf deemanif seena dhageefadha



https://t.me/Dhugaan_Dhufe?livestream=35c088180bdb6e328f

Dhugaan Dhufe

28 Dec, 18:28


Live stream started

Dhugaan Dhufe

27 Dec, 19:22


Live stream finished (13 minutes)

Dhugaan Dhufe

27 Dec, 19:08


Live stream started

Dhugaan Dhufe

27 Dec, 17:54


https://t.me/hamzanqoutes

Dhugaan Dhufe

27 Dec, 06:10


شرح الجواب الفاصل بتمييز الحق من الباطل لشيخ الإسلام ابن تيمية
الشيخ عبد الله بن محمد الغنيمان
#عبدالله_الغنيمان
#عقيدة_ومذاهب_وأديان

Dhugaan Dhufe

26 Dec, 10:04


قال ابن القيم رحمه اللّٰه :

"إنَّ فِعل المعاصي مُجتَمِعةً ، أهون من تهنِئة النصارىٰ بِعيدهم "

«Kiristaanotaan ayyaana isaaniitiif “Baga Geessan” jechuurra yakkoota baay'ee dalaguutu salphata.»

📙أحكام أهل الذمة ( 1/161)

@Dhugaan_Dhufe

Dhugaan Dhufe

26 Dec, 08:34


Gaaffii Waqtaawaaf Deebbii Isaa 📖
الإمام ابن باز رحمه الله

هل يجوز تهنئة اليهود والنصارى فى أعيادهم؟

Yahuudaa fi nasaaraadhaan Yeroo ayyaana isaanii baga ittiin isin gahe jechuun ni tahaa?

الجَـــ☟ـــوَاب :

الجواب : يحرم على المسلم أن يهنئ الكفار من اليهود والنصارى وغيرهم بأعيادهم ومناسباتهم الخاصة بهم، لأن ذلك نوع رضا بما هم عليه من الباطل وموالاة لهم، ويحرم كذلك أن يهنئ المسلم أخاه المسلم بأعياد الكفار ومناسباتهم؛ لأن ذلك من التشبه بهم.

Ummata kaafiraa kan yahuudaas ta'ee kan nasaaraa yeroo ayyaana jaraas ta'ee sagantuma jarri qopheeffatu hunda irrattuu isaan gammachiisuun (Baga ittiin si gahe) jechuun muslima irratti haraami.

Akkasuma guyyaa ayyaana kaafiraa sanis ta'ee sagantuma jaraa kan biraa irrattuu muslimni tokko obboleessa isaa kan muslimaatiin
«Baga ittiin si gahe» jechuunis haraami.

Sabiin isaas:- Kun jaratti fakkaatuu fi hujii dogongoraa (Baaxila) jarri hojjachaa jiran san jaalachuu, akkasuma isaan san jaalallee ykn michuu godhachuudha waan ta'eef.

وقد ثبت عن النبي ﷺ أنه قال:
«من تشبه بقوم فهو منهم»

Akkuma hadiisaan ergamaa rabii ﷺ irraa sabatee jirutti ergamaan rabbii akkas jedhan:

«Namni jaratti fakkaate isaanuma keessatti/irraa lakkaawama»

قال شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله

”وهذا الحديث أقل أحواله أن يقتضي تحريم التشبه بهم، وإن كان ظاهره يقتضي كفر المتشبه بهم“

Sheekhul-Islaam ibnu teeymiyaa akkana jedhe:-

«Zaahirri hadiisa kanaa kufrii namticha jaratti fakkaatee ibsullee irraxiqqaan waan hadiisni kun ibsuu
Jaratti fakkaachuun haraam tahuu isaati»

Akkuma rabbiin qur'aana keessatti jedhu:

(ومن يتولهم منكم فإنه منهم)

“Isinirraa namni Jara jaalallee ykn michuu godhate jarumarraahi”
وبالله التوفيق

▪️📚 الفتوى رقم (٢١٠٧٩).

🛰 @ifaislaamaa

Dhugaan Dhufe

26 Dec, 06:14


Dafa qaqqabadha

Dhugaan Dhufe

26 Dec, 05:49


ODUU GAMMACHIISAA

Barnoota Madaallii Amantaa

•درس مقارنة الأديان
•ሃይማኖታዊ ንጽጽር

Jechi Wal-madaalli Amantaa jedhu Afaan Arabiffaatiin  مُقَارَنَة أديان yoo jedhamu hundee jecha "qaarana" "قَارَنَ "  Jechuunis waliin madaale jedhuu irraan kan dhufe yoo ta'u Afaan ingiliffaatiin Ammoo "Comparative Religion" Wal-madaalli Amataa jedhamee beekama. damee kana jalatti Bu'uuraalee Amantaa Islaamaatii fi kiristaanaa  keessattuu waa'e tokkichummaa Rabbiiti fi waa'ee Kitaabilee Qulqulluu  wal-fakkeenya isaanitii fi garaa garummaa isaanii kan qu'annu ta'a.

Barnoonni kan kennamu
Appoolojistii Islaamaa  Ustaaz Jamaal Kaadir yoo ta'u namoonni galmaa'uu barbaaddan:-

Admin kanaa gadii dubbisaa!

@Urjiinfurguggatamte_2
@First_to_Islam
@Rafiqul_Islaam
@IbnuAdinaan




Share godha waliin gaha

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1067

Dhugaan Dhufe

25 Dec, 12:57


Live stream finished (56 minutes)

Dhugaan Dhufe

25 Dec, 12:01


Live stream started

Dhugaan Dhufe

25 Dec, 11:40


ODUU GAMMACHIISAA

Barnoota Madaallii Amantaa

•درس مقارنة الأديان
•ሃይማኖታዊ ንጽጽር

Jechi Wal-madaalli Amantaa jedhu Afaan Arabiffaatiin  مُقَارَنَة أديان yoo jedhamu hundee jecha "qaarana" "قَارَنَ "  Jechuunis waliin madaale jedhuu irraan kan dhufe yoo ta'u Afaan ingiliffaatiin Ammoo "Comparative Religion" Wal-madaalli Amataa jedhamee beekama. damee kana jalatti Bu'uuraalee Amantaa Islaamaatii fi kiristaanaa  keessattuu waa'e tokkichummaa Rabbiiti fi waa'ee Kitaabilee Qulqulluu  wal-fakkeenya isaanitii fi garaa garummaa isaanii kan qu'annu ta'a.

Barnoonni kan kennamu
Appoolojistii Islaamaa  Ustaaz Jamaal Kaadir yoo ta'u namoonni galmaa'uu barbaaddan:-

Admin kanaa gadii dubbisaa!

@Urjiinfurguggatamte_2
@First_to_Islam
@Rafiqul_Islaam
@IbnuAdinaan




Share godha waliin gaha

Dhugaan Dhufe

24 Dec, 13:57


የመጽሐፍ ምርቃት

በቲክ ቶክ ማኅበራዊ መገናኛ ብዙኃን ላይ "አልገደሉትም አልሰቀሉትም" የሚለው መጽሐፍን የምርቃት መርሐግብር የፊታችን ዐርብ በኢትዮጵያ የሰዓት አቆጣጠር ከምሽቱ 3 ሰዓት እንዲገኙ በታላቅ አክብሮት እና ትህትና ጋር እንጠይቅዎታለን።

ከዐቃቢ ኢሥላም ወሒድ

ሰዓቱ ሲደርስ ይህንን የቲክ ቶክ አካውንቱ ያስፈንጥሩ፦ https://www.tiktok.com/@wahidislamicapologist?_t=ZN-8sU60suRfIl&_r=1

Dhugaan Dhufe

26 Oct, 03:26


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dhugaan Dhufe

25 Oct, 07:34


□ የተደበቀው ወንጌል ታሪካዊ አመጣጥ ?

➵ እስኪ ነገ ማታ እንሄድበታለን :)) ማለቴ...እናወራበታለን😁

Dhugaan Dhufe

20 Oct, 16:05


🆗️Yeroo baay’ee kiristaanonni osoo hiika karadha, dhugaadha, jireenya jedhu kana hin beekin cal jedhaniituma yesuus karaadha, dhugaadha, jireenya jedhu.

Har'a qabxii kana isiniif ifa gochuuf dhufe kiristaanota immoo barsiisuuf inshaa allah

1️⃣👉Yesuus Ani #Karaadha jechuun isaa isaa maal jechuudha.
Karaadha jechuun barsiisa yesuus duukaa bu'uudha hiika biraa hin qabu. Kan barsiisa sirriitiin karatti nama deebisu jechuudha.

[Maatewos: 22:16
Ergasiis duuka-buutuu isaanii akkasumas warra garee Herodis keessaa gar tokko gara Yesusitti erganii, "Yaa barsiisaa, akka ati dhuga-qabeessa taate, karaa Waaqayyoos dhugaa dhumaan akka barsiiftu beekna; ati nama hin sodaattu, nama wal caalchisuunis sibira hin jiru. ]

[Yohannis: 14:23
Yesus deebisee, "Eenyu illee yoo na jaallate dubbii koo in raawwata, abbaan koo immoo isa in jaallata; nuyis isa bira in dhufna, iddoo jireenyaas isa bira in godhanna.]

[Yohannis: 8:51
Dhuguma, dhugumaan isinitti hima, namni dubbii koo eegu bara baraan hin du'u" isaaniin jedhe. ]

[Yohannis: 8:31
Yommus Yesus Yihudoota warra isatti amananiin, "Dubbii kootti qabamtanii yoo jirattan, egaa isin dhuguma bartoota koo ti.]

[Maatewos: 7:24
Yesus, "Egaa namni dubbii koo dhaggeeffatee akka isaatti hojjetu hundinuu nama ogeessa mana isaa dhagaa irratti ijaarratetti in fakkeeffama.]

2️⃣👉#Dhugaadha jechuun=wanni iyesuus dubbatu dubbiin isaa dhugaadha jedhanii Amanuudha.

[Yohannis: 8:40
Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne. ]

[Yohannis: 8:45
Ani garuu isa dhugaa waanan isinitti dubbadhuuf ana hin amantan.]

[Yohannis: 8:46
Isin keessaa cubbuudhaaf kan ana ceepha'u eenyu? Isa dhugaa yommuun dubbadhu immoo maaliif ana hin amantan? ]

[Maarqos: 12:32
Barsiisichi seeraa sun immoo, "Ba'eessa dubbatte yaa barsiisaa! 'Inni tokkicha, isa malee kan biraa hin jiru' isa jette dhugaa dubbatte.]

[Luqaas: 20:21
Isaan yommus, "Yaa barsiisaa, dubbiin ati dubbattuu fi barsiifni ati barsiiftu qajeelaa akka ta'e nuyi beekna; nama utuu wal hin caalchisin karaa Waaqayyoo dhugaatti in barsiifta. ]

3️⃣👉#Jireenya jechuun= namni dubbii iyesuus dhugoomsee rawwate ykn amanee fudhate jireenya barabaraa argata jechuudha.

[Maatewos: 19:16
Kunoo, namni tokko gara Yesus dhufee, "Yaa barsiisa! Jireenya bara baraa qabaachuuf hojii gaariin gochuun anaaf ta'u maal inni?" jedheen., Maatewos: 19:17
Yesus immoo, "Waa'ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuuu yoo feete garuu, abboommota eegi! ittiin jedhe.]

[Yohannis: 5:24
"Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee isa ana ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu. ]

[Yohannis: 17:3
Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.]

➡️Kanaaf iyesuus kiristos Isiraa'elootaf karaadha dhugaadha jireenyas kana nuti musilimtoonni hin morminu inumaayyuu nuti nabiyyoonni hundi isaanii ummata itti ergamaniif karaadha dhugaadha jireenya jennee amanna.

Kanaafuu kiristaanoochee baradhaa hubadhaa dubbii iyesuus beekuun shubbisuunii miti dubbisuuni malee🙏

Inshaa Allah warrii musiliimaa immoo Shera gochuun na qarqaaraa🙏 jzk

Galatoomaa isin jaalladha🫡😘
https://t.me/Gingilchaadhugaa

Dhugaan Dhufe

20 Oct, 13:54


قال الله تعالى :- ( وَمَن يَعْشُ عَن ذِكْرِ ٱلرَّحْمَٰنِ نُقَيِّضْ لَهُۥ شَيْطَٰنًا فَهُوَ لَهُۥ قَرِينٌ)

Nama gorsa (Qur’aana) Rahmaan irraa garagale, sheeyxaana isaaf ramadna; inni isaaf hiriyaadha.

🛰 @Dhugaan_Dhufe

Dhugaan Dhufe

19 Oct, 21:11


1, 𝐍𝐮𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐫𝐚𝐛𝐬𝐢𝐧𝐞 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐌𝐢𝐭𝐢𝐢

2, 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 4200 𝐎𝐥 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐢𝐬𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐃𝐢𝐫𝐪𝐚𝐦𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐭𝐞 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐐𝐨𝐟𝐚𝐚

3, 𝐃𝐚𝐚'𝐢𝐢𝐧 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐅𝐮𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐎𝐬𝐨𝐨𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐛𝐢𝐧𝐚𝐧 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐞 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮𝐮

4,  𝐔𝐬𝐭𝐚𝐚𝐳𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐋𝐞𝐞𝐧𝐜𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐂𝐨𝐦𝐩𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢𝐯𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐉𝐚𝐣𝐣𝐚𝐛𝐨𝐨 𝐓𝐚'𝐚𝐧 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐔𝐦𝐮𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐞𝐞𝐫𝐭𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐇𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮!!

𝚄𝚂𝚃𝙰𝙰𝚉 𝙸𝙵𝙰𝙰 𝙳𝙷𝚄𝙶𝙰𝙰
𝚄𝚂𝚃𝙰𝙰𝚉 𝙷𝙰𝙼𝚉𝙰𝙰 𝚃𝙰𝙺𝙻𝚄𝚄

𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑺𝒂𝒈𝒂𝒍𝒆𝒆 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑫𝒉𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝑯𝒊𝒓𝒊𝒚𝒐𝒐𝒕𝒂 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒐𝒐𝒅𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂𝒂 𝑴𝒖𝒔𝒍𝒊𝒎𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝑰𝒊𝒔𝒂𝒂 (𝑱𝒆𝒔𝒖𝒖𝒂𝒊𝒊𝒇) 𝑲𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂𝒂 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏 𝑴𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂!! 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑾𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒏 𝑵𝒂𝒃𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒕𝒂 𝑻𝒖𝒕𝒕𝒖𝒒𝒖𝒖𝒇𝒊𝒊 𝑾𝒐𝒓𝒓𝒆𝒆𝒏 𝑨𝒓𝒓𝒂𝒃𝒔𝒖𝒖𝒇 𝑺𝒉𝒂𝒓𝒆 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂 𝑱𝒂𝒛𝒂𝒂𝒌𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒚𝒊𝒓𝒂𝒏 ❤️❤️

𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑨𝒍𝒍 𝑴𝒚 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 👇👇
https://t.me/Seyiful_Islam
https://t.me/Rafiiqul_Islaam
https://t.me/Furqaan_Official

Dhugaan Dhufe

16 Oct, 16:58


~● Kiristaanummaan amantaa erga Yasus Kiristos olfudhatamee waggaa 42 booda kutaa magaalaa Anxookiyaa biyya Turkii keessatti argamtu keessatti hundeeffamteedha. Kunis ragaa Macaafaan kan mirkanaa'eedha. 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 (11:26) irratti argina.

Kanaafuu; Kiristaanummaan amantaa durii kan Rabbiin (Waaqayyoon) hundeeffamte, akkasumas Yesus Kiristosin osoo hin taane, namootaan akka ta’e hubachuun danda’ameera jechuudha. Kunis Kiristaanummaan erga hundeeffamee naannoo waggaa 2000 ta’uu isaa mul’isa. Kanaafuu; Kiristaanummaan amantaalee guyyaa keessa harka namootaatiin hundeeffamte keessaa tokko ta’uun isii mirkanaa’eera jechuudha.

~ Kanaafiidha kan nuti, Aaddam Kiristaana hin turre, Nooh Kiristaana hin turre, Henok Kiristaana hin turre, Daawit Kiristaana hin turre, Solomoon Kiristaana hin turre, Ibrahaam Kiristaana hin turre, Ismaa'el Kiristaana hin turre, Elishaan Kiristaana hin turre, Eeliyaas Kiristaana hin turre, Iyoob Kiristaana hin turre, Zakaariyaas Kiristaana hin turre, Yisihaq, Yaaqoob Kiristaana hin turre, Yooseef Kiristaana hin turre, Muuseen Kiristaana hin turre, Yohaannis cuuphaa Kiristaana hin turre, Maariyaam Kiristaana hin turre, Yesus Kiristos Kiristaana hin turre, Duuka buutonni isaa Kiristaana hin turre kan jennuuf....

Video kana...
© Ifaa Dhugaa

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

Dhugaan Dhufe

16 Oct, 16:58


~● Kiristaanummaan amantaa erga Yasus Kiristos olfudhatamee waggaa 42 booda kutaa magaalaa Anxookiyaa biyya Turkii keessatti argamtu keessatti hundeeffamteedha. Kunis ragaa Macaafaan kan mirkanaa'eedha. 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 (11:26) irratti argina.

@Rafiiqul_Islaam

Dhugaan Dhufe

15 Oct, 20:27


Macaafni qulqulluun amma kiristaanonni harkaa qaban dogoongora irraa akka qulqulluu hin taaneefi macaafa sirriidha akka hin taane akkuma vedio irratti agartan kana ofii isaaniitii akkanatti ragaa bahaa jiru Alhamdulillah dhugaan nuti iyyaa jiruuf suutuma jedhee ifa bahaa jira Allahuakbar

https://t.me/Gingilchaadhugaa

Dhugaan Dhufe

14 Oct, 17:17


🎙ወንድም | Smith 🍂

Dhugaan Dhufe

14 Oct, 17:17


🎙ወንድም M. Stand🍂

Dhugaan Dhufe

14 Oct, 17:17


🎙ወንድም | ሙንሺድ ሁስኒ 🍂

Dhugaan Dhufe

14 Oct, 16:57


𝐐𝐀𝐁𝐗𝐈𝐈𝐋𝐄𝐄 10 𝐊𝐀𝐍𝐀 𝐃𝐔𝐁𝐁𝐈𝐒𝐀𝐀...

𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥: @Rafiiqul_Islaam

🛑 1. Kiristaanota; Waaqayyo sadi-tokkodha jedhu, kana jechuun Yesus Kiristos, (Maarqos 12:29) irratti Waaqayyo addatti tokkoo fi tokkicha kan jedhe ni sobe jechuu dha.

🛑 2. Kiristaanota; Yesus ilma Waaqayyooti jedhu, kana jechuun Yesus Kiristos, Macaafa qulqulluu bakka 84 keessatti akka (Maatewos 8:20), (Yohaannis 3:13) Yesus Kiristos, ilma Namaa ofiin jedhetti ni sobe jechuu dha.

🛑 3. Kiristaanota; Yeus Kiristos, ofuma isaatiin waanuma fedhe hojjechuu danda'a jedhu, kana jechuun Yesus Kiristos, (Yohaannis 5:30) irratti ofuma isaatiin homaa gochuu hin danda'u kan jedhe ni sobe jechuu dha.

🛑 4. Kiristaanota; Yesus Kiristos, cubbuu isaaniitiif akka du'e dubbatu, kana jechuun Yesus Kiristos, (Yohaannis 8:21) irratti cubbuu ofii keetiin duuta Namni tokko cubbuu Namoota birootiif hin du'u kan jedhe ni sobe jechuu dha.

🛑 5. Kiristaanota; Yeus Kiristos, gara addunyaa guutuutti ergame jedhu, kana jedhuun Yesus Kiristos, (Maatewos 15:24) irratti Israa'eloota qofaaf ergame kan jedhe ni sobe jechuu dha.

🛑 6. Kiristaanota; Fayyina jechuun Yesus Kiristos, cubbuu isaaniitiif akka du'e amanuudha jedhu, kana jechuun Yesus Kiristos (Maatewos 19:27) irratti fayyinni kan argamuu danda'uun abboommii Waaqayyoof abboomamuu qofaani kan jedhe ni sobe jechuu dha.

🛑 7. Kiristaanota: Karaan gara Waaqaatti Nama geessu Yesus Kiristos, akka Waaqayootti waaqeffachuu qofa akka ta'e himatu, kanajechuun Yesus Kiristos (Maatewos 15:9 fi Maatewos 7:21-23) irratti Guyyaa firdiitti Nama isa waaqeffatu ni gana kan jedhe ni sobe jedhuu dha. Narraa fagaadhaa...
“Ani immoo yeroo sanatti, ‘Matumaa ani isin hin beeku, isin yaa warra hamaa hojjettanii, ija koo duraa badaa!’ jedheen mul'inatti isaanitti hima” jedhe." (Maatewos 7:23)

🛑 8. Kiristaanota; Yesus Kiristos, dinqii baay'ee ofumaan hojjete jedhu, kana jechuun Yesus Kiristos, (Maatewos 12:28 fi Luqaas 11:20) irratti Yeus Kiristos, dinqii kan raawwatu hayyama Waaqayyoo fi humna Waaqayyo qofaan akka ta'e ifatti ragaa kan  ba'e ni sobe jedhuu dha.

🛑 9. Kiristaanota; Yesus Kiristos, Kiristaanummaa hundeesse jechuun amanu, kuni Yesus Kiristos irratti sobuu dha. Yesus Kiristos, amantaa Kiristaanummaa matumaa hin beeku, bara isaattis gonkumaa hin turre. Yesus jireenya isaa guutuu keessatti guyyama tokkos waa'ee Kiristaanummaa illee dubbatee hin beeku.

🛑 10. Kiristaanota; Yesus Kiristos, mootii nagaa yeroo jedhan, Yesus sobee Namoota gowwoomse (Luqaas 19:27 fi Luqaas 12:49) keessatti nagaa tokkollee hin fidne jedhee jira. diinonni isaa hundi akka fuuldura isaatti dhiyaatanii ajjeefamana ajaje!

𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐊𝐚𝐧 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐍𝐮𝐮𝐟 𝐐𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚!! 𝐉𝐙𝐊

𝗤𝗼𝗽𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻:
© Ifaa Dhugaa

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/818
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/818

Dhugaan Dhufe

14 Oct, 11:39


𝐈𝐦𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐄𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚?

﴿وَما خَلَقتُ الجِنَّ وَالإِنسَ إِلّا لِيَعبُدونِ﴾

“Jinnii fii ilmaan namaatis akka na gabbaraniif malee hin uumne” Az-Zaariyaat: 56

Imalli Abbaa keenya Aadam biyyeerraa uumameen jalqabe. Rabbiin ilmaan namaa akka isa gabbaraniif dachii fii waan keeysa jiru isaaniif uume. Biyyeerraa abbaa keenya uume. Gaaafa duunes biyyeetti deebina. Gaafa kaafamaatis dachii keeysaa kaafamna.

Rabbiin ol tahe akki je’e:
﴿اللَّهُ يَبدَأُ الخَلقَ ثُمَّ يُعيدُهُ ثُمَّ إِلَيهِ تُرجَعونَ﴾
“Allaah Isaatu uumaa hunda dhabamarraa jalqabee uume, eegasii gama isaa deebitan” Ar-Ruum: 11

Ee imalli asii jalqabe. Rabbiin gaafa akka isa gabbarruuf nu filate useetuma dirree duwwaatti nu hin dhiifne. Nabiyyii nutti erge. Manual jireenya Quraanaan Ergamaa irraa boodaa Muhammad sallallaahu aleeyhi wasallam nutti erga. Akka nuti hundi karuma feenee fii haala feeneen Rabbi gabbarra hin jenne dubbii nurraa fixuuf Qur’aana jala deemuu, Nabiyyii hordofu dirqama nurratti godha.
Rabbiin ol tahe akki je’e:
﴿قُل إِن كُنتُم تُحِبّونَ اللَّهَ فَاتَّبِعوني يُحبِبكُمُ اللَّهُ وَيَغفِر لَكُم ذُنوبَكُم وَاللَّهُ غَفورٌ رَحيمٌ﴾

“Yoo Allaah jaalattan na jala deemaa ja’iin yaa Ergamaa koo Muhammad, yoo san Allaah isin jaalata, isiniif araarama cubbuu teeysan. Allaah hedduu araaramaadha, mararfataadha” Aal-Imraan: 31

Imalli ka jalqabe gaafa duniyaa tanarra dhufne. Imala kana keeysatti itti gaafatama guddaan bahachuun nurra jiru towhiidaan Rabbi gabbaruudha. Imala kana keeysatti dogongorri guddaan ifirraa eeguu qabnu shirkiidha. Imalli kuni ka xumuramu du’uun osoo hin taane du’a booda kaafamnee sararaa imala dheeraa kan xumuraa hulaa jannataa ol seenuudhaani.
Rabbiin ol tahe akki je’e:
﴿وَاعبُدُوا اللَّهَ وَلا تُشرِكوا بِهِ شَيئًا وَبِالوالِدَينِ﴾
“Allaah qofa gabbara, waan biraa takkallee isatti hin qindeeysinaa” An-Nisaa: 36

Imalli asii jalqabe ja’a Rabbiin ol tahe:
﴿مِنها خَلَقناكُم وَفيها نُعيدُكُم وَمِنها نُخرِجُكُم تارَةً أُخرى﴾

“Biyyeerraa isin uumne, isii keeysatti isin deebifna, isii keeysaa ammas itti deebinee isin baafna” Xaahaa:55

﴿إِلى رَبِّكَ يَومَئِذٍ المَساقُ﴾

“Gama Rabbii keetiiti oofaman guyyaa san” Al-Qiyaamaa:30

﴿وَهُوَ اللَّهُ لا إِلهَ إِلّا هُوَ لَهُ الحَمدُ فِي الأولى وَالآخِرَةِ وَلَهُ الحُكمُ وَإِلَيهِ تُرجَعونَ﴾

“Inna Allaah! Haqaan gabbaramaan tokkolleen hin jiru Isa malee, faaruun hundi Isaaf taate jalqaba duniyaa kanarrattii fii booddee aakhiraattis ammas murtiin dhugaatis isaaf taate. Ammas gama isaa deebi’uuf teeysan” Al-Qasas: 70

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

Dhugaan Dhufe

13 Oct, 09:10


Dhufiinsa nabi Iisaa ykn yesuus (as) fi nama akkamii akka ta'e kutaa lammaffaa
https://t.me/Gingilchaadhugaa
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/816

Dhugaan Dhufe

13 Oct, 09:10


Dhufiinsa nabi Iisaa ykn yesuus (as) kutaa tokkoffaa
https://t.me/Gingilchaadhugaa
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/815

Dhugaan Dhufe

13 Oct, 04:40


Share 4_5789490811200607703.docx


Kitaaba DAANDII SIRRII jedhamu kan Tofiq Abarashaad'n qoopheeffame irraa kan fudhatamee fii duubisuuf kan mijatu

👇👇👇
https://t.me/Tofik_Abarashad_channel
https://t.me/Tofik_Abarashad_channel

Dhugaan Dhufe

12 Oct, 06:18


✅️ 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐚𝐧‌𝐝 𝐆𝐫𝐨𝐲𝐮𝐩𝐏𝐫𝐞𝐦𝐢𝐮𝐦 𝐅𝐞𝐚𝐭𝐮𝐫𝐞.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐏𝐫𝐞𝐦𝐢𝐮𝐦 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐛𝐨𝐨𝐬𝐭 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐮 𝐝𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐭𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐞 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚!!

Akkuma account telegramii Chaanalii fi group telegramii tokko telegram premium feature garaagaraa qaba.

Feature kanas argachuuf chaanalii fi Group keenya boost gochuun kan argannuudha innis boost hanga level 10 kan qabu.
Level 1
1 Story Per Day
1 Custom Reaction
7 Channel Name Colors
7 Styles for Links and Quotes

Level 2
2 Stories Per Day
2 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
14 Styles for Links and Quotes

Level 3
3 Stories Per Day
3 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
21 Styles for Links and Quotes

Level 4
4 Stories Per Day
4 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
21 Styles for Links and Quotes
Custom Logos for Links and Quotes

Level 5
5 Stories Per Day
5 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
8 Colors for Channel Cover
21 Styles for Links and Quotes
Custom Logos for Links and Quotes

Level 6
6 Stories Per Day
6 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
16 Colors for Channel Cover
21 Styles for Links and Quotes
Custom Logos for Links and Quotes

Level 7
7 Stories Per Day
7 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
16 Colors for Channel Cover
Custom Logos for Channel Cover
21 Styles for Links and Quotes
Custom Logos for Links and Quotes

Level 8
8 Stories Per Day
8 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
16 Colors for Channel Cover
Custom Logos for Channel Cover
21 Styles for Links and Quotes
Custom Logos for Links and Quotes
1000+ Emoji Statuses

Level 9
9 Stories Per Day
9 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
16 Colors for Channel Cover
Custom Logos for Channel Cover
21 Styles for Links and Quotes
Custom Logo for Links and Quotes
1000+ Emoji Statuses
8 Channel Backgrounds

Level 10
10 Stories Per Day
10 Custom Reactions
7 Channel Name Colors
16 Colors for Channel Cover
Custom Logos for Channel Cover
21 Styles for Links and Quotes
Custom Logos for Links and Quotes
1000+ Emoji Statuses
8 Channel Backgrounds
Custom Channel Backgrounds

✅️ Namni tokko Channel isaaf boost argachuuf..
🫰boost link telegram Chaanaalii isaa namoota telegram premium qabaniif erguun
🫰Telegram Premium gift ykn giveaway namootaaf erguun
Asumaan namoonni telegram premium fayyadamtan chaanaalii 𝐃𝐀𝐀𝐑𝐔 𝐒𝐀𝐋𝐀𝐀𝐌

𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐠𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/boost/DAARU_SALAAM  kanas boost gochuun nu jajjabeessaa.

Dhugaan Dhufe

11 Oct, 13:41


KOTTU MEE 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

Hin Kufin Hin Kufin 😅😅😅😅

Join Channel 👉 @Rafiiqul_Islaam

Dhugaan Dhufe

10 Oct, 13:23


مختصر أصول أهل السنة - ط2

الشيخ: عبد الحميد الحجوري الزعكري