SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁) @siinbeekaofficial Channel on Telegram

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

@siinbeekaofficial


🔴 Jechoota yeroo

⚫️ Jechoota Buhaarsoo

⚪️ Jechoota Jaalalaa

√ yaadaa nuuf kennuuf
@Siinbeeka



@Siinbeekaofficial


SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁) (Amharic)

ሲንበካ ኦፊሊሊ (ሶፊሠሓይ) የማስታወቂዎች ለሚሆኑ ለሚደረግ አስተያየትን በአዝናኝ ሰዓት ከሚመለከተው በታች ይጠብቁ። ይህ ከታች ለማወቅ ከሚጠበቅህበት አስተዳደር ተገኝተዋል። የቴሌግራም ሃሳብ ስትረከብ አንድ ሱፐር ላይ በገላገሉ ከታች ይከናወን። በሳንጁም እና እናስዋሽን በየትኛው ቦታዎች እና በምርት መልክ ይከናናል።

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

04 Dec, 22:29


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 10 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

17 Nov, 20:04


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 27 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

25 May, 18:00


Addaa hiiqaa mootummaan dirqama goonaan mucaan fuutee stay home eegalte sun sirri goote.

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

23 May, 18:13


Hundi keessanu

@Siinbeekaofficial(Super fun)

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

18 May, 09:52


Jireenyi barataa fi virusiin koronaa ni darba

Garuu Seenaan isaani yoomiyyuu hin dabartu


@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

09 May, 23:00


Barsiisaa: Umriin Abbaa keeti meeqa?

Barataa:Umriin kooti fi kan abbaa koo
Waluma qixa.

Barsiisaa: Akkamitti ?

Barataa: Inni Abbaa kan ta'e ergaan
ani dhaladhee booda
Kanaafu waluma qixa.

😁😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

18 Apr, 17:12


Man is searching in google:

Man: What do women want?
Google: We are also searching...
😂😂😂

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

18 Apr, 17:06


When you buy anti coronavirus masks you can see the note
"Made in china" 🤔

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

17 Apr, 18:24


I am sure ija namaatin dubbisaa hin jirtu.

Ija teetiin dubbisaa jirta jechuu Kiyya(😄).

Harkaanis dubbisi mee👍

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

17 Apr, 17:22


Teeleen koronaa vaayrasiif nu saaxilaa jirti jedhan . Akkamitti jennaaniin

Liqii nuu kennu diduudhaan mana nu baasaa jirti jedhan.

Ajaaiba eee!!

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

17 Apr, 17:17


Karonaan akkana jedhe

An natti qoosuu hin barbaadu, yoo naan qabamuu baattees Rabbi si eegaa jiraa Rabbii kee galatoomfadhu
Jedhe.

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

21 Mar, 05:45


👘👘👘👘👘👘👘
Ayiiii Koronaa.....
🎩
🙎‍♂
👖🌂
Akkuma surree keenya
Chaayinaan toolchee fide
duuti keenya illeen
Tan rabbi nuuf qoode
'Made in china taha'
Jedhee yoomiin yaade.

@bfwalaloo
@bfwalaloo
@bfwalaloo

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

02 Mar, 15:36


😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

Barataa distance


Barsiisa: Dubbachiiftu afaan oromoo
Shanan naaf himi?

Barataa: hin beeku.

Barsiisaa: kana kutaa lamatti hin
Barannee ati ?

Barataa: Baradhee gaafii sirreessi na
Gaafadhu kaa barsiisaa! !

Ajaaiba barattoota baranaa.

@siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

01 Mar, 15:32


Si dhabee hin jiraadhu.

Jechaa erga ati duute fi osoo jirtuus tan biraa fuudhe wajjiin jiraata.

Ajaaiba.

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

29 Feb, 05:09


t.me/bfwalaloo

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

19 Feb, 06:29


Harargee deemtee gaafa caatii hin qama'u jettu...
.
.
.
Ayii Nama gaarii hin turree ati. Sin jedhan gaa man😂😂

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

18 Feb, 09:55


Jiruun carraa taatee
Fagaadhus an sirraa
Barriseetiin dhufee
Qubadha si bira.

Hammeenya fageenyaa
Niin obsa abaaraa
Atilleen naaf obsi
Barri ni dabaraa
Hangaan ija tiyya
Buusu tanteetirra!

Kuullee ija kuulaa
siitu anaaf dawaa
Hammeenyi sin argin
Ammaas ijji gowwaa
Bakkuma jirtuttin
Nagaya siif hawwaa......

Salah Qeeransoo

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

18 Feb, 07:47


Kana booda yoon isin gane

Akka taayyeetti qarshiin miliyoonni lama na jalaa haa badu😂😂.

@Siinbeekaofficial

SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)

16 Feb, 17:46


Hojjataa: Ammaa hojii argadheera
Akkam ati nagaa?

Daldalaa: OK baga gammaddee kaa
Call me back keetu nurraa
Hafe haa😂😂😂



@Siinbeekaofficial