IMIMMAAN JAALALAA @yerokenya Channel on Telegram

IMIMMAAN JAALALAA

@yerokenya


Xalayaa Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu
Sher walif godhaa

IMIMMAAN JAALALAA (Oromo)

IMIMMAAN JAALALAA is a Telegram channel created by the username @yerokenya. This channel is dedicated to providing content related to love and relationships in the Oromo language. Whether you are looking for advice on maintaining a healthy relationship or simply want to immerse yourself in romantic poetry and quotes, IMIMMAAN JAALALAA has got you covered. The name of the channel itself translates to 'Sweet Love' in English, emphasizing its focus on all things love-related. With a variety of posts, including relationship tips, stories, and inspiring messages, IMIMMAAN JAALALAA aims to celebrate the beauty of love in all its forms. Join this channel to connect with like-minded individuals who share a passion for love and relationships, and let the words of wisdom and affection shared here fill your heart with joy and warmth. Don't miss out on the opportunity to be a part of this loving community on Telegram!

IMIMMAAN JAALALAA

06 Feb, 06:16


https://aaaonline.info/bxxPY8

IMIMMAAN JAALALAA

15 Jan, 20:58


Gaara daaraaf hawwanii
Karra banaa buluuree?
Bishaan ro'on raasaniif
Baaduuf dhadhaa arguuree?

Kalee of keessaa baafnaan
Qaamni guutuu ta'aaree?
Hiddi dhugaa qal'ateef
Dharri dhugaa mo'aaree?

Onneen dhiiga raabsinaan
Gantiiree qaama guutuu?
Hongeen dharaa cimeedhaf
Taatiiree dhugaan duutuu?

Balbala dhugaa cabsuuf
Waalluu dharaa urgufu
Dhugaa waaqaatu tiksa
Bubbeen raaseef hinkufu!

Hammamiis taatu haphii
Harkisaan addaa-n baatu
Dharri daboon dalageef
Dhugaan tasa hinnaatu

#Dhugaa
Si'i dharaan michoomu
Argeen beeku an takkaa
Gaaf-tokkoo nimul'attaa
Har'a dhibamtus bakkaa!

IMIMMAAN JAALALAA

10 Jan, 21:33


Maaloo Maaloo
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Yoomuu nan dagatin
Aniis sin dagadhuu
Qaama ko yaa lafee
Tokko nadhungadhu
~
Kaleesaa siif jadheen
Carqii darbee fiigee
Har'a si argannaan
Ija kootu dhiigee
~~~~
Nan jajin mee Aaddee
Jaalala kootu kanaa
Birriis kiisaan qabuu
Na danda,i laaqana
~
Warri koo yoo ta,es
Hiyyeessa hadhawa
Waaniin si hordofuuf
Anaan jadhan gowwa
~~
Yaada biraan qabu
Garaan siyaadataa
Galgalaaf ganamaas
Gaafii na gaafataa
Koo onneen si baree
Sumaafi dheebotaa
Makaddaaf tiraasiin
Halkuu si gaafataa
Naaf rifadhuu koottu
Qaamni kiyya guutuun
Si arguuf kakataa...

IMIMMAAN JAALALAA

07 Dec, 06:13


https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5221434948
๐ŸŽ Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! ๐Ÿ’ฐ

IMIMMAAN JAALALAA

06 Dec, 04:41


Please guys kanaara of eegadha

IMIMMAAN JAALALAA

06 Dec, 04:41


Baga nagaahan gara hojii Online dhuftan nama tokko gara liinkii kana affeeruun qarshii 10 argachuu dandeessu. Qarshiin keessan yeroo 100 guutuu baafachuu dandeessu.
https://t.me/Hojionlinebot?start=r03642174475

IMIMMAAN JAALALAA

04 Dec, 12:39


Project kana irra deebi'ee siniif beekisaka jira!!

Project kana irraa dollar argattaan minimum 100$ olidha.

Malif yoo jettanis
First invite ykn nama 1 yoo affeertan dollar 50 sinif kenna kunimmoo carraa 1 qofadha!

Sana booda task isaa xumurtu!

Hub dollar keessan kana kan withdraw gochuu dandeessaan guyyoota 29 boodadha kanaaf yoo dandeessaan account telegram garaa garaadhaan baayyisaa hojjedha!

Project kana immoo ofii kooti TRX hojjechuun withdraw godhe account ko irra naaf seene mirakneeffadhe!

kanaaf project guddaadha!
Nama 10 yoo invite gootan TON 0.15 fi TRX 1 siniif kenna!
TON kana immoo yeroo 0.5 geessan withdraw gochuu dandeessuu!

Jalqabuuf immoo๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=6437684035
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=6437684035

IMIMMAAN JAALALAA

16 Nov, 11:17


https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5221434948
๐ŸŽ Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! ๐Ÿ’ฐ

IMIMMAAN JAALALAA

16 Nov, 06:12


https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5221434948
๐ŸŽ Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! ๐Ÿ’ฐ

IMIMMAAN JAALALAA

02 Nov, 19:22


Kennaan guddaan
Jaalala dhugaatii
Kanaafin si godhe
An qabeenya kooti
โ™ฅ๏ธ๐Ÿ–ค๐Ÿ’œ๐Ÿ’š๐Ÿ’™๐Ÿ’›
Qilleensa naaf ta'i
Ati lubbuu kiyyaa
Gatiinkee qaaliidha
Tanaafin sitti iyyaa
โค๏ธ๐Ÿงก๐Ÿ’›๐Ÿ’™๐Ÿ’š๐Ÿ’œ
Si dhabuun danda'u
Fuula kiyya duraa
Maatii tokko taana
Gara fuula duraa
๐Ÿ’œ๐Ÿ’š๐Ÿ’™๐Ÿ’›๐Ÿงกโค๏ธ
Sin jabeeyfadhaa
Na jabeeyfadhuu
Onnee tiyya seenii
Manakee godhadhu
โค๏ธ๐Ÿงก๐Ÿ’›๐Ÿ’™๐Ÿ’š๐Ÿ’œ
Amma osoo dhuftee
Na gartee onneetoo
Gargaarsan qabduu
Naaf ta'i hirkootoo
๐Ÿ’œ๐Ÿ’š๐Ÿ’™๐Ÿ’›โค๏ธ๐Ÿ–ค๐Ÿงก
Nan dagatin maaloo
Anoo sin dagadhuu
Hanga wal garruutti
Nagaan naaf jiraadhu

IMIMMAAN JAALALAA

27 Oct, 18:21


โžจ #Waalif_taana_kaadhima
๐Ÿ‘‰ Anii Sittii dibbadhu
Icciita Keessa koti
Atii naafi hin hubattu
Midhama onnee kottii
Siiti Siiqe dubbachuuf
Qaamatu naa hoolotaa
Sirraa Siiqqee jiraachuuf
Boqonnaa naa dhowwata

๐Ÿ‘จโ€๐ŸฆฝMidhama bara dheerraa
Baadhe sii waalin joraa
Tarii Naaf hubaattee
Onnee koof taattaa soora
Moo diddee darbarttee
Abjuu koo buushesitaa
Biqiltuu jaalala koo
Naa keessaati caalaqista ?

๐Ÿง— Buuse baase maadalee
Gaalana yaadan daaka
Onnee koo Sif baanamte
Ormaaf hin qabdu bakka
Garruu Akkamin kan kee
Anaaf qabdaa jaalala ?
Moo ofuuman iyyee
Bakkee keesse walala

๐Ÿ‘‰ Tarii naaf maltaa laata
Yeroon maaqa kee wamu
Sitii riifadhee kaa'uu
Yoon hirribban jeeqamu
Moo gaaran kee jaabatadha
Akkaa dhagaa Gurraacha
Boo'iichaa koo dhiisetu
Gammachuu kee ililchaa

โญ Jedheen gaaffiin of qoree
Golaa sammuu koo seene
Muurtii tokkon murteesse
Akkaa si dhabuu hin feene
Waan hundaa Gaadi baase
Jaalala koo siif himee
Feedha keettin yoo ta'e
Waalif taana Kaadhimaa ๐Ÿ’๐Ÿ’โคโค

IMIMMAAN JAALALAA

23 Oct, 04:38


Kana beektuu ๐Ÿค”
Sababoota namootni akka gaaโ€™elatti hin seenne godhan
=========
KUTAA 1ffaa=============================
A. Ulaagaalee baayโ€™isuu :- Namootni baayโ€™een ulaagaa waan baayโ€™isniif ulaagaa isaanii guutummaan guutuutti kan galmaaan gaโ€™u waan hin arganneef gaaโ€™ela malee hafu. Waan hubachuun nuuf malu Addunyaa kana irra dhibbaan dhibbatti ulaaga keenya kan nuuf guutu hin jiru; garuu namoota hirina qaban lamatu walitti dhufudhaan guutuu taโ€™anii argamu. Fkn bifa, hojjaa, sadarkaa barnootaa, amala fi kkf.
B. Gaaโ€™ela sodaachuu :- Warri kaan immoo odeeffannoo waaโ€™ee gaaโ€™elaa dhagaโ€™anii fi argan irratti hundaaโ€™uun gaaโ€™elli hundumtuu akkuma arganii fi dhagaโ€™an seโ€™u. Kanarraa kan kaโ€™e gaaโ€™ela irraa fagaatu.
C. Ija jabina dhabuu :- Namootni kun soda nama jaallatan gaafachuu waan qabaniif nama jaallatan sana utuu hin gaafatiin hafu. Name isaan jaallatan gaaโ€™ela yeroo isaan garuu sababii sodaa isaanii gaaโ€™ela hin dhaabbatiin hafu..

IMIMMAAN JAALALAA

01 Oct, 20:23


,ยค""ยค ,.., ยค""ยค,
ยค 1 ยค
'@ 4 @'
'ยค, 3 ,ยค'
"ยค.,.ยค"
finyoon jalalaa kee morma ko hudhera na ajjeessu baatuus bay'ee na hubeera nama bay'een argee si qofaan jalaadhe! kessaa Onnee kooti mareen si kawadhe! rorroon jalala kee hedduu na dhamasee halkan abjuu kessa rukuute na kaase suuraa fuula keeti na dura rarrase anis ka'een taa'e uffata tamsase of biraa si dhabnaan imimman arcaasee.lubbuukoo si jaallaadha

IMIMMAAN JAALALAA

20 Sep, 09:30


๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ DV guutuuf suuraa akkamiitu fudhatama qaba?

โœ…Qulqullina(quality) gahaa kan qabu
โœ…Gateettii lamaan sirriitti kan agarsiisu
โœ…Qajeelaatti kan kaafame
โœ…Ifa keessatti kan kaafame
โœ…Gaaddidduu kan hinqabne
โœ…Dugdaduubni(background) isaa adii qulqulluu kan ta'e
โœ…Size fi Diamension(Suuraan kessan uaagaalee armaan olii ni guuta taanaan size fi diamension isaa isiniif sirreessuu ni dandeenya)

โš ๏ธWantoota suuraa DV keenyaa fudhatama dhabsiisan

โŒ Suuraa kanaan dura DV'n ittiin guutamee ture
โŒ Suuraa waraqaa irraa kaafame
โŒ Quality gahaa kan hinqabne
โŒ Gaaddidduu
โŒ Qajeelaatti ka'uu dhabuu
โŒ Gateettii lamaan mul'achuu dhabuu
โŒ Shaashii, maallayyoo fi kkf
โŒ Fuullee ijaa(Eyeglass) ๐Ÿ˜Ž
โŒ Earphone
โŒ Rifeensa fuula dhoksu
โŒ Uffata(Shaariyaa) fuula dhoksu

โš ๏ธYeroo suuraa DV kaanutti wantoota godhamuu hinqabne

โŒ Kolfuu ๐Ÿ˜
โŒ Gara biroo ilaaluu ๐Ÿ‘€
โŒ Afaan banuu
โœ…Walumaagalatti kostor jennee ka'uu qabna!

โžก๏ธ Dabalataan suuraalee armaan oliirraa ilaalaa! Mallattoon โœ”๏ธ kan itti godhame suuraa fudhatama qabani dha. Mallattoo โŒ kan itti godhamemmoo kan fudhatama hinqabnedha!

โœ…Suuraa fudhatama qabu yoo of harkaa qabaattan har'a galgala irraa eegaluun nutti ergachuu dandeessu!

โœ…Suuraa kaan hinqabnemmoo mana suuraa deemuun suuraa DV'f ta'u jechuudhaan ka'aa

IMIMMAAN JAALALAA

19 Sep, 15:02


โ“๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ DV Ameerikaa ilaalchisee gaaffiiwwan gaafatamanii fi deebii

โš ๏ธAkka gaaffii isinitti hin uumneetti jalqabaa hanga dhumaatti dubbisaa!

โžก๏ธDV maalidha? Maal fayyada?
    โœ…DV'n hiiknisaa "DIVERSITY VISA" yoo ta'u carraa VISA biyya Ameerikaa bilisaan ittiin argamudha. Carraan kun akka addunyaatti waggaa waggaan nama kuma 55'f kan kennamu yoo ta'u, akka biyya Itiyoophiyaatti namoonni 3000-5000 ta'an carraa kana ni argatu. Fakkeenyaaf bara darbe DV-2025 nu biratti kan guutan keessaa namoonni 39 carraa kana argataniiru!

โžก๏ธUlaagaa akkamii gaafata?

    โœ…Sadarkaa Barnoota qofa gaafata. Highschool, Vocational(Level), Diploma, Degree, Masters, PhD & Etc. Yoo xiqqaate barnoota sadarkaa 2ffaa nama baratee xumure qofatu guutuu danda'a. Maatrikii kutaa 10 durii namni fudhatee jiru guutuu ni danda'a. Amma immoo nama qormaata kutaa 12ffaa fudhatee jirutu fudhatama qaba. Dabalataan namni kutaa 12 barachaa jirus guutuu ni danda'a. Garuu qormaata kutaa 12 kan baranaa osoo hin fudhatin yoo hafe ulaagaa hin guutu

โžก๏ธUmrii ni daangessaa?
      โœ…Hin daangessu!

โžก๏ธPassport ni barbaachisaa?
      โœ…Hin barbaachisu!

โžก๏ธDokumantii barnootaa dhiyeessuu ni barbaachisaa?
     โœ”๏ธAmmaaf hin barbaachisu! Nama abbaa carraa ta'e qofatu process gochuuf dokumentii dhiyeessuun dirqama itti ta'a

โžก๏ธSuuraa akkamii barbaachisa?
     โœ…Suuraa qomaa olii(gurdii) qulqullina gahaa kan qabu. Waa'ee suuraa ilaalchisee addatti ibsa bal'aa isiniifan kenna

โžก๏ธ Online moo qaamaan guutama?
     โœ”๏ธOnline, asuma telegram irraan suuraa fi form ergitanii guuttachuu dandeessu(Qaamaan dhufuu hin barbaachisu, hin keessummeessinus)

โžก๏ธSi'a 2 guutuun ni hayyamamaa?
       โœ…Hin hayyamamu, si'a 2 yoo guunne carraan nuuf bahellee nu jalaa haqamuu danda'a!

โžก๏ธNu biratti guutuuf birrii meeqatu kaffalama?
       โœ…Namni gaa'ila hinqabne birr 200
       โœ…Kan gaa'ila qabu birr 300

โžก๏ธNamni gaa'ila fi daa'ima qabu akkamiin guutamaafi?
       โœ”๏ธFoormii fi Suuraa maatii hunda(umrii 18 gadii) dhiyeessuun dirqamadha. Suuraa fi foormii hundi bakka tokkotti waan guutamuuf gatiinsaa kan nama laaxxee waliin tokko hin ta'u
        โœ”๏ธAkka nama gaa'ila hinqabneetti yoo guutameefimmoo namni sun abbaa carraa yoo ta'e maatiisaa waliin deemuu hin danda'u

โžก๏ธBiyya ormaa jiraatanii guutuun ni danda'amaa?
      โœ”๏ธEeyyee, ni danda'ama

โžก๏ธYoom guutamuu eegala?
โœ”๏ธTorban 2 booda ni eegala, nutimmoo form fi suuraa bor galgala irraa eegallee isiniif qindeessuu ni eegalla

๐Ÿ’ฅKanarraa adda ta'e gaaffii biroo namoonni qabdan comment irratti gaafadhaa! Achumarratti deebii isiniif kenna

IMIMMAAN JAALALAA

14 Sep, 18:25


https://t.me/GudinaTumsaAirport_bot?start=r09303432134

IMIMMAAN JAALALAA

10 Sep, 16:49


๐Ÿ”ฅ๐ŸŒผ Baga bara haaraa 2017 nagaan geessan!

โ“Bara 2017 kanatti maal karoorfattanii jirtu?

โœ”๏ธ Ani akkakootti karaa telegraamaa kana qofaan bara 2017 kanatti hojiilee gurguddoo 5 hojjechuuf qophiirran jira:

โค๏ธOdeeffannoo airdrop projektii amanamoo ta'anii itti fufiinsaan dhiyeessuu

โค๏ธ@OromoDV waliin ta'uun DV-2026 qulqullinaan galmeessuu(Torban dhufurraa eegallee hojiitti ni seenna)

โค๏ธTajaajiloota Interneetiin walqabatan kan akka paaspoortii fi kkf si'aayinaan kennuu

โค๏ธBeeksisa garagaaraa hojjechuu(Telegram ads, facebook ads & etc)

โค๏ธTajaajila dijitaalaa garagaaraa kennuu: Mastercard, Paypal, Telegram Premium, fi kkf

๐ŸŽDabalataan badhaasa(GIVEAWAY) garagaaraa kennuu nan eegala!

โœ… Odeeffaannoo dabalataa yerooman hojiitti seenuuf jedhun isiniif kenna! Waan na waliin jirtaniif galatoomaa!

๐ŸŒผ AYYAANA GAARII ๐ŸŒผ

IMIMMAAN JAALALAA

09 Sep, 21:09


Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera

Bara barnootaa 2016 buโ€™aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera.

Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 buโ€™aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin saโ€™aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni dandaโ€™u.

Haaluma kanaan

1. Poortaala: https://result.eaes.et
2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qaba

IMIMMAAN JAALALAA

09 Sep, 20:49


Daqiiqaa 11 hafee barattottii kutaa 12ffaa haala kanan eega jiru๐Ÿ˜‚

IMIMMAAN JAALALAA

08 Sep, 21:13


Jiru kooti sin jedhee
Hunda keessa si filadhe!
Ofitti si aanseen
Hundaa ol siin jedhe!
โ™กโ™กโ™กโ™ก
Onnee kiyya banee
Keessa si qubsisee!
Koo naaf taata jedheen
Sammuu amansise!
โ™กโ™กโ™กโ™ก
Guyyas suman yaada
Halkanis gad_ ciisee!
Jiruun teen jiraadha
Jiruu kiyya dhiise!
โ™กโ™กโ™กโ™ก
Hangana hin jedhamu
Sin jaalladha badaa!
Akkan an miidhamuuf
Natti hin madaa!

Jaalalti jaalala๐Ÿ’”
Halkan jaalala qabaadha

IMIMMAAN JAALALAA

30 Aug, 18:16


#Breaking

   ๐Ÿšจ LOSTDOGS
 
๐Ÿ”ฅ Hojiin Kun xumuramuuf guyyaa 13 qofatu Hafee maarree namootii ammallee hin jalqabnee dafaa jalqabaa!!

๐Ÿ‘‰ Hojiin Kun Airdrop Hundeessaa Notcoin waan hundaa'eef Qarshii irraa argamuu Baayyee guddaa ta'a
 
  Namootii Dogs isiniin darbeef Kun furmaatadha๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

๐Ÿ–‡๏ธ Link:: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_6437684035__s_574129

2,400

subscribers

698

photos

5

videos