Sano Haji @sano_haji1 Channel on Telegram

Sano Haji

@sano_haji1


Waa'ee Keenna!

Sano Haji (Amharic)

ስነ ሀጂ - በተከሰትሽበሽልነሽአለዜሽባቅላችበሀጂሐጊ፡ጠታይተስክምኵ፡ሜፃሰሽአቲሸቕዬአጭንዅመታዜቔበሰስዃልአክይኰል፡ቅደ፡ሂኍሽይ፡ማቅስነኬ፡ሮአሉከኃተኛስክደ፡ኃፃቃሂልኢ።ለእጅሽ፡ሰደዴአቶሑት፡ኃልጐሪኛሮኃስድቲ፡ስእ፡አቶሗይ፡ሃሂጐ።እስክትሟየሽበኞአሴሩሰካአክሱሂ፡ስዲ፤

Sano Haji

04 Jan, 08:32


Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif

✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu

✍️ Gatii madaalawaan ni bitna


➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022

Gatii 🟥  🔂Gatii group ittiin bitnu

✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr


2023 ji'a jan-may kan baname

✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE

Gurguruu warreen barbaaddan  inbox 👉  @Kaachuu_YW


⚠️ Hubachiisa❗️

Baayyinni Member  ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.

two step verification ta'uu isaa check godhaa     
                                               
    
💗💗💗   💗💗💗💗  
@kaachuu_YW

Sano Haji

04 Dec, 09:59


Join Below Links👇👇👇
https://t.me/bums/app?startapp=ref_2oqYiUhc Hey buddy! Check out BUMS!

Join now and level up from a bum to the king of the streets!

Sano Haji

04 Dec, 08:07


Account keessan Premium godhachuu warreen barbaaddan akkasumas namoonni star bitachuu barbaaddan. @Egaadhaqi irratti nu qunnamaa.

1 year = 4500
6 month = 2800
3 month = 2100

@Egaadhaqi

Sano Haji

30 Nov, 12:20


Yeroo boqonnaa keessanii qofa yaalaa; liinkii..
👇👇👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=657544788
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards!

Sano Haji

27 Nov, 18:19


Join below link and earn dollars directly.
👇👇👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=657544788
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰

Sano Haji

17 Nov, 20:16


Liinkii gadii join godhaa!
👇👇👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=657544788
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰

Sano Haji

13 Nov, 19:50


Namootni barnoota online irraan baratuuf fedhii qabdan asirraan hordofuu dandeettu!
.
@AlBayanAcademy1

Sano Haji

12 Nov, 16:06


Namootni barnoota online irraan baratuuf fedhii qabdan asirraan hordofuu dandeettu!
.
@AlBayanAcademy1

Sano Haji

11 Nov, 15:57


Namootni barnoota online irraan baratuuf fedhii qabdan asirraan hordofuu dandeettu!
.
@AlBayanAcademy1

Sano Haji

10 Nov, 16:37


Namootni barnoota online irraan baratuuf fedhii qabdan asirraan hordofuu dandeettu!
.
@AlBayanAcademy1

Sano Haji

10 Nov, 16:27


As wr wb.
Barnoota Qur'aanaa fi Kitaabaa Asirraan Barsiifna; yoo Rabbi jedhe.
.
@AlBayanAcademy1

Sano Haji

10 Nov, 14:37


Liinkii gadii Join godhaa!
👇👇👇🥰❤️
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=657544788
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰

Sano Haji

28 Oct, 11:41


https://t.me/major/start?startapp=657544788

👑 Join me in @Major game and earn $MAJOR token soon!
⭐️ 750 rating bonus for you.
⭐️ 1000 rating bonus if you are Premium.

Sano Haji

26 Oct, 18:38


View Ads kan jedhu tuquun BTC sassaabbadhaa!
.
Liinkii gadii seenaa, irraa fayyadamaa; waan salphaadha.
👇👇👇
Link: https://t.me/BTC_Ads_v4_bot?start=657544788
.
Wal fakkaata(haala tokkoon dalagama) kanas yaalaa.
👇👇👇
https://t.me/ETH_Ads_bot?start=657544788

Sano Haji

26 Oct, 05:42


View Ads kan jedhu tuquun BTC sassaabbadhaa!
.
Liinkii gadii seenaa, irraa fayyadamaa; waan salphaadha.
👇👇👇
Link: https://t.me/BTC_Ads_v4_bot?start=657544788

Sano Haji

24 Oct, 11:38


الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام، وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: إن من أفضل أيامكم يوم الجمعة فأكثروا علي من الصلاة فيه.

-Rasuula (Sallallaahu aleeyhi wasallam) irratti nagayaa fi rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (Halkan kamisaa) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:"Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati; isii keessa nagayaa fi rahmatarraa narratti buusuu heddummeessaa."
   -Sheikh Abdul Aziiz At-Tarifii.
.
@Sano_Haji1

Sano Haji

24 Oct, 03:49


Walfakkaata, haala tokkoon hojjatama, kanas liinkii gadiin seenaa!!
Link: https://t.me/BTC_Ads_v4_bot?start=657544788

Sano Haji

24 Oct, 03:41


Maallaqa, Bareedina, Uffannaa gaarii ykn Beekkumsa qabaatee kan mataa isaa gadi of hin xiqqeessin gaafa qiyaamaa kennaawwan kunniin qormaata isa irratti ta'u.
                        -Qataadaa.
@Sano_Haji1

Sano Haji

22 Oct, 14:43


Liinkii kana seenuun yaalaa; waan salphaadha!
👇👇👇
https://t.me/ETH_Ads_bot?start=657544788

Sano Haji

18 Oct, 07:01


Yeroo Umar ibnu Khaxxaab Biyya Shaam dhaqee mana Abaa-Ubeeydaa ziyaaru fedhe. Mana isaa keessatti Seeyfii isaati fi xiyya isaa malee hin argine.
Yaa Abaa Ubeeydaa osoo meeshaa mana keessatti godhattee jedheen?
Yaa Amiira mu’uminaa isiinuu duniyaadha guyyaa tokko numa deemnaa mii jedheen.
Amiirri mu’uminaa booyeeti, nu cufaahu duniyaan nu jijjiirte si malee yaa Abaa ubeeydaa jedheen.
Yeroo #Sinwaar ajjeefame meeshaan isarraa hafte guututti hangana.!
Yaa Rabbi Rahmata kee bal’aa isaaf godhi.!

Sano Haji

14 Oct, 07:10


Deebii isa sirrii filadhaa badhaafamaa

Sano Haji

12 Oct, 19:04


Live stream finished (57 seconds)

Sano Haji

12 Oct, 19:03


Live stream started

Sano Haji

28 Sep, 16:15


☆☆☆﷽☆☆☆
الحسن البصري ......👳‍♀
《وذكر للحسن البصري رجل يخرج من النار بعد الف عام 》فبكى😭 الحسن فقال : ياليتني مثل ذالك لرجل 😢
🌸 Gaaf tokko Hasan al  Basriidhaaf himame... 《namni tokko nijiraa bar! kan eega waggaa kuma tokko ibidda keessatti gubatee booda... achi keessaa baafamu jedhanii》....
😭Hasan booyee akkana jedhe: aah! hawwii kiyya osoo akka nama sanii ta'ee😢jedhe.

👆Imaamni hagas gahu yoo akkanatti of sodaate... anaa fi ati hoo?

Sano Haji

26 Sep, 16:43


“Just 1 minute read. Want to achieve something? Then…

1. Avoid procrastination— resist the temptation to put tasks off until tomorrow, next week, month, or even year. If you have the ability to do it now, take action immediately.

2. Be decisive, as it can be difficult to achieve your goals if you are unclear about what you want and constantly changing your mind.

3. Steer clear of scrambling and cramming, traits that are counterproductive and increase the likelihood of missing your target.”

Sano Haji

20 Sep, 08:23


Nagayaa fi Rahmatni Rabbii Ergamaa Isaa Nabi Muhammad Irra Haa Jiraatu!
.
@Sano_Haji1

Sano Haji

19 Sep, 18:51


Chaanaaalaa fi Garee Teeleegiraamii join gochuun qofa USDT 0.5 hojjadhaa. Hiriyoota affeeruun ammoo USDT 0.2 salphaatti sassaabbachuun wallet keessan irraan baafachuu dandeessu. Jalqabuuf geessituu gadii makami yookaan Join jettu cuqaasuun itti fayyadamaa.

Sano Haji

17 Sep, 19:51


"(Osoo humaa Iimaanni isaanii hin daballe) warra akka Aanan dhugutti Qur'aana dhuguutu ummata kiyyarraa baha."
Nabi Muhammadﷺ
[Sahiihul-Jaami' 3653]

- Zamana boodaa warra Qur'aana beeku ka itti hin daleyneetu mul'ata. Yeroo Qur'aana dubbisnu hiikaafi Ahkaama qalbisuun, itti dalaguunis barbaachisaadha. Qara'uu qofa osoo hin taane, akka ittiin bulluuf Qur'aanni buufame.

*سيخرُجُ أقوامٌ من أُمَّتِي يَشربُونَ القرآنَ كشُربِهِمْ اللَّبَنَ.*
الراوي : عقبة بن عامر.

Sano Haji

13 Sep, 06:31


أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
.
@Sano_Haji1

Sano Haji

13 Sep, 06:30


-Ajrii ykn Galata Guyyaan Jumu'aa qabu:
.
عن أوس بن أوس عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: من غسل واغتسل وغدا وابتكر ودنا من الإمام و لم يلغ كان له بكل خطوة عمل سنة صيامها وقيامها.
.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Inni dhiqachiise (maatii isaa), ka dhiqate (ofiifis), kan ganamfate (ganamaan/yeroon masjiida kan dhaqe), kan gorsa ykn khuxbaa dhaqqabate, kan imaamatti dhihaatee taa'e (saffaa jalqabaa argatee taa'e), kan hin haasawin (dubbatin) cufa tarkaanfiitiin ni taati isaaf (jumu'aan) dalagaa waggaa soomana isaatii fi salaata isaa. {Sunan An-Nasa'ii: 1392}
.
Follow Us | @Sano_Haji1

Sano Haji

08 Sep, 22:15


Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah!
.
H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef.
.
https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Sano Haji

05 Sep, 17:30


Don't forget Friday starts when Maghreb of Thursday starts!

Reminders you can begin from tonight

- Read Surah Al Khaf

- Send much peace and blessings upon Prophet Muhammad (peace be upon him)

Remember to keep the Ummah in your duā’s, especially our brothers & sisters who are facing oppression throughout the globe. May Allāh ﷻ ease all our affairs and grant us His shade on the day of resurrection.

Sano Haji

05 Sep, 17:23


أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
.
@Sano_Haji1