Oromia Technician's Assurance @ota4approval Channel on Telegram

Oromia Technician's Assurance

@ota4approval


Adama Traffic Complex

Oromia Technician's Assurance (English)

Are you looking for a reliable source of information and support for technicians in Oromia? Look no further than the Oromia Technician's Assurance channel on Telegram! With the username 'ota4approval', this channel serves as a hub for technicians in the region to connect, share knowledge, and support each other in their professional endeavors. Whether you are a seasoned technician or just starting out in the field, this channel offers a wealth of resources and opportunities for growth. From troubleshooting tips to job postings, the Oromia Technician's Assurance channel has everything you need to succeed in the industry. Join today and become part of a thriving community of technicians dedicated to excellence and innovation. Adama Traffic Complex is proud to support this channel and its mission to empower technicians in Oromia. Don't miss out on this valuable resource - join now and take your career to the next level!

Oromia Technician's Assurance

18 Jan, 09:27


Guyyaa gaafa 12/05/2017 kaase dhaabbata leenji ramadamtaniti Akka argamtan issin beeksifna.
በ 12/05/2017 በተመደባቹበት ማሰልጠኛ ተቋም እንድትገኙ እናሳስባለን።

Oromia Technician's Assurance

14 Jan, 03:56


Beeksisa
Sababa waltajiin jiruf barnoota daree guyyaa gaafa 06-08/05/2017 Kan hin jirre tahuu issin beeksifna.


በስብሰባ ምክንያት ከ 06-08/05/2017 ድረስ ክላስ አይኖረንም። ሲኖር የምናሳውቃቹ ይሆናል።

Oromia Technician's Assurance

31 Dec, 06:41


Qormaatni garaagarum boor guyyaa 23/04/2017 tahuu hubatani guyyaa jedhameti Akka saati 2:30 Akka argamtan

Oromia Technician's Assurance

29 Dec, 11:21


Beeksisaaa
Leenjitootni qormaata seensaa darbitan hundaaf
Qormaatni dirree guyyaa gaafa 21/04/2017 saati 2:30 irrati waan egaluf haarcati tokkoo malee Akka argamtan issin beeksifna.

Oromia Technician's Assurance

28 Dec, 10:51


https://www.facebook.com/share/p/NTrtWTfEH8KNSagx/?mibextid=wwXIfr

Oromia Technician's Assurance

27 Dec, 13:01


.....Qaphxii seensaa approvaali marsaa 30ffaa.......

Oromia Technician's Assurance

27 Dec, 13:00


Approvaali marsaa 30ffaa haala gaariin jalqabne jiraa.

Oromia Technician's Assurance

21 Dec, 06:05


Leenjitoota irra deebiin qormaata marsaa 2ffaa fudhattan hundumaaf ( those who have un renewed sartificate)
Akkuma beekuma sagantaan isinif bahee turuun isaa ni beekama. Kanaf guyyaan qormaata keessanii 14/04/2017 ganama sa’a 2:30 eegala.

Oromia Technician's Assurance

16 Dec, 10:55


Waamicha leenjii marsaa lammaffaa ( second round )
10-11/04/2017 tahuu hubattanii guyyaa jedhameti dokmeenti kessaani qabatani Akka argamtan isin beeksifna.
Kanan dura warri galmoftani leenjii hin fudhatin fi qormaatni isin jala darbe guyyaa jedhame kanatti Akka argamtan cimsine isin beeksifna.
ለ ሁለተኛ ግዜ የ ወጣ ማስታወቅያ

የመግቢያ ቀን በ 10-11/04/2017 መሆኑን አዉቃቹ በተባለበት ቀንዶክመንታችሁን ይዛቹ እንድትቀርቡ እናሳስባለን።
እንዲሁም ከዚ በፊት ተመዝግባቹ ያመለጣቹ ሰልጣኞች በተባለበት ቀን እንድትገኙ እናሳስባለን።

Oromia Technician's Assurance

13 Dec, 06:08


Oromia Technician's Assurance pinned «Guyyaan seensaa gaafa 10-11/04/2017 tahuu hubatani guyyaa jedhameti dokmeenti kessaani qabatani Akka argamtan issin beeksifna. Kanan duraa warrii galmoftani leenji hin fudhatin fi qormaatni issin jala darbe guyyaa jedhame kanati Akka argamtan cimsine issin…»

Oromia Technician's Assurance

13 Dec, 06:07


Share it to your friends

Oromia Technician's Assurance

12 Dec, 16:28


Guyyaan seensaa gaafa 10-11/04/2017 tahuu hubatani guyyaa jedhameti dokmeenti kessaani qabatani Akka argamtan issin beeksifna.
Kanan duraa warrii galmoftani leenji hin fudhatin fi qormaatni issin jala darbe guyyaa jedhame kanati Akka argamtan cimsine issin beeksifna.
የመግቢያ ቀን በ 10-11/04/2017 መሆኑን አዉቃቹ በተባለበት ዶክመንታችሁን ይዛቹ እንድትቀርቡ እናሳስባለን።
እንዲሁም ከዚ በፊት ተመዝግባቹ ያመለጣቹ ሰልጣኞች በተባለበት ቀን እንድትገኙ እናሳስባለን።

Oromia Technician's Assurance

12 Dec, 13:27


Beeksisa
Nagaan isinif haa jecha ogeessa teekinishaanaa barsiisaa daree magaalaa shashamanneetti waan barbaadaniif namni afaan lamaan barsiisuu danda’u galmaa’uu danda’a.
Lakk bilbila +251 91 138 1227

Oromia Technician's Assurance

10 Dec, 18:01


To get more information follow and share my page

Oromia Technician's Assurance

10 Dec, 17:52


I would like to invite you my page to get more information

Oromia Technician's Assurance

10 Dec, 12:06


https://vm.tiktok.com/ZMkLA2YUb

Oromia Technician's Assurance

30 Nov, 15:58


https://vm.tiktok.com/ZMhEdmEtg

Oromia Technician's Assurance

28 Nov, 10:06


https://www.facebook.com/share/v/VhWiNBZTLAok9Fu9/?mibextid=WC7FNe

Oromia Technician's Assurance

22 Nov, 04:56


https://www.facebook.com/share/p/nz69r4bSLQv2yZig/?mibextid=WC7FNe

Oromia Technician's Assurance

16 Nov, 14:49


https://www.facebook.com/share/p/EHsMY5C3ZAnPy1ac/?mibextid=WC7FNe

Oromia Technician's Assurance

14 Nov, 03:32


https://www.facebook.com/share/p/RTvzENjfVvV8VZPk/?mibextid=WC7FNe

Oromia Technician's Assurance

12 Nov, 03:36


https://www.facebook.com/share/p/QofK2BncZaXQ3nYG/?mibextid=WC7FNe

Oromia Technician's Assurance

04 Nov, 05:52


Hubachiisa
Qormaata qoramu warra dhuftan hundaaf
Jalqaba dhaabbata leenji irra Kan dhuftan Kan qoramtan tahuu ISSA
Itti ansun dhaabbata leenji adamaa jirtan tahuu isaa fi kanen biro gejjiba irra dhuftan sagantan Kan issini bahu tahuu hubatani tasgabin nu eega.

Oromia Technician's Assurance

03 Nov, 18:46


Kabajamtoota teekinishaanota leenjiif dhuftanii akkam jirtu isinin jecha guyyaa borii qormaata dirree ganama sa’a 2:30 irraa jalqabdanii waan qabdaniif konkolaattota armaan gaadiitiin qoramuu dandeessu
3-29309 u1
3-64736 u2
3-64732 d2
3-17432 OR U-1
3-38070 OR U-1
3-17673 OR Auto
3-61820 u1
3-18343 u1
3-15066 u1

Oromia Technician's Assurance

30 Oct, 05:58


Hubachiisa
Leenjitoota regular marsaa 30ffaa hin ilaalatu. Kan marsaa 30ffaa sagantan waan issini bahuuf tasgabin nu eega galmeen marsaa 30ffaa ammas Akka jiru hubatani Akka galmoftan.

1,531

subscribers

419

photos

1

videos