BBC NEWS ODUU HAARAWA @nuhus Channel on Telegram

BBC NEWS ODUU HAARAWA

@nuhus


channelin kun oduuwwan haarawa fi ijoo ta'an isiniif dhiheessa.

BBC NEWS ODUU HAARAWA (Oromo)

BBC NEWS ODUU HAARAWA kan nuhuusitti, kan ibsuun isaanitti barattoota Oromoo fi kanaan qabiyyee keenya haarawaa argachuu dandeessu ykn barreessu taasisu. Kan dhimma Oromoo kan akka ta'e BBC News jedhu murna haarawaa qaban kan jiraatan, dhabanii fi faarfamoo, sirna dimokraasii fi qabeenyaa sabaa keessa jiru kan barreessa ta'uu isaaniif qopheessu. Kan yeroo Oromoo fi Asiaawaan qulqulluun hiriirsaa qabuunis haarawaa baati fuula duraa ta'ettu. Kan nageenyi fi jaarsanii dhaloota kan qorachuus, amma BBC gaafaas haarawaan sheegaa kan eenyumma dandeettii barreessuuf ka dhageessu ta'ees ta'ana. Kan nuhuusitti, kan haarawaa fi ijoo ta'anis dhiheessuun hojii itti fufanii jiru.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

20 Nov, 22:39


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 7 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

01 Nov, 17:04


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 27 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

07 Sep, 09:48


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 17 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

03 Sep, 23:55


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 20 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

26 Aug, 01:13


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 29 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

11 Apr, 15:27


Meeshaan hargansuuf gargaaruu maaliif mootummoota addunyaa hamma kana isaan yaachise?

Meeshaan hargansuuf gargaaruu veentileetara jedhamu yeroo ammaa kanatti baay'ee barbaachisaadha.

Meeshaa kanas Tiraampii hanga Moodii, Juuseepee Koontee hanga Roohaanii, Maakiroon hanga Maduuroo baay'ee barbaadu. Maaliif?Deebiinsaa gabaabaadha.

Hargansuuf!

Gama biraatiin biyyoonni veentileetarii gahaa hin qabne lammiileesaanii heddu dhabuu danda'u.

Sababni isaas namni koronaavaayirasiidhaan qabame yoo dhukkubbichi itti hammaatu hundaa caalaa harganuu dadhaba waan ta'eefiidha.

Veentileetariidhaan yoo hin deeggaramu yoo ta'e osoo dhukkubsataan fayyuu danda'u du'aa jechuudha.

Meeshaan hargansuuf gargaaru kun akkamitti hojjataa?

Veentileetariin sirna hargansuu qaama keenna bakka bu'uun maashinii hojjatuudha.

Yeroo sombi keenya rakkoon mudatu veentileetarri kun jiraannaan abdii jiraachuu nutti horuu danda'a.

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa akka jedhutti dhukkubsatoonni COVID-19 %80 ta'an osoo yaalli walxaxaan hospitaalaa isaan hin barbaachisiini fayyuu danda'u.

Ta'us garuu dhukkubsattoota jaha keessa dhukkubsataan tokko rakkoon harganuu isa mudata. Kunis kan ta'u vaayirasichi somba keenya waan miidhuuf.Yeroo kanatti veentileetarri hin jiru taanaan dhukkubsataa kana lubbuun baraaruun waan hin yaadamneedha.

Veentileetariin gosa lamatu jira:

Inni jalqabaa Veentileetara makaanikaalaaInni lammaffaan immoo veentileetara ujummoo hin qabnedha.

Veentileetarri makaanikaalaa qilleensi afaaniin akka seenu godhamee dhukkubsataan Kaarboon daayoksaayidii akka baasuu fi Oksijiinii akka galchu kan taasisuudha.

Veentileetarri ujummoo maleessi ( Non Invasive Ventilator) immoo ujummoo gara sombaa deemu kan hin qabne ta'us, waan afaaniifi funyaanirratti godhatamu qabaachuun kan hojjatudha.

Veentileetaroonni kunneen kutaa jiidhiinsa uuman qabu. Kana jechuunis ho'iinsaafi jiidhinsa gara qaama keenyaa seenu to'achuun haalli ho'iinsaa qaama keenyaatiif mijataa akka ta'u kan taasisuudha.

Yeroo kanatti dhukkubsattootaaf qorichi maashaan qaama sirna hargansuusaanii akka diriiru taasisu ni kennamaaf.

Dhukkubsattoonni mallattoo COVID-19 giddu galeessa qaban garuu veentileetara ujummoo maleessi qofti kennamuufi danda'a. Kunis gama afaanii fi funyaaniin dhiibbaan qilleensaa gara sombaa akka seenu taasisa.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

11 Apr, 15:10


BBC NEWS AFAAN OROMOO:
Maanguddoon umrii 65fi jiraattuu magaalaa Dukam kan turan koronaavayirasiin qabamanii duโ€™ani.
Ministirri Fayyaa Itoophiyaa Dr Liyaa Taaddasaa akka ibsanitti maanguddoon kuni jalqabumarraa eegalee kutaa kunuunsi addaa
taasifamuuf keessa turani.
Jalqabarratti dhukkuba biraaf hospitaala seenaniis mallattoon vaayirasii amma addunyaa yaaddesse irratti mul'annaan qorannoon taasifameefi akka qaban barame.
Dr Liyaan duโ€™a dhaqqabeen gadduu isaanii ibsuun maatiifi firoota
isaaniif jajjabina hawwaniiiru.
Akkaatuma kanaan lakkoofsi namoota Itoophiyaatti koronaavaayirasiin qabamanii du'anii 3 gaheera.
Namonni lama torban darbe gaafa Dilbataa yeroo jalqabaaf Itoophiyaa keessa koronaavaayirasiin qabamanii du'uun isaanii ni yaadatama.
Lamaan keesaa tokko maanguddoo umrii 60 biyya Faransaay intala isaanii bira turanii deebi'an turani.
Itoophiyaa keessa lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin
qabamanii 65 kan gahe yoo taโ€™u isaan keessaa 4 yeroo bayyanatan 3 duโ€™aniiru.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

08 Apr, 10:45


BBC NEWS AFAAN OROMOO:
Manguddoon Gujiitti ajjeefaman Waaccuu Nageessaa eenyu?


๐Ÿ‘‰ @bbcAfaanOromoo ..
========Read more=======

BBC NEWS ODUU HAARAWA

05 Apr, 15:24


BBC NEWS AFAAN OROMOO:
Teeknoolojiin bilbilaa 5G dhuguma koronaavaayirasii tamsaasaa?.

๐Ÿ‘‰ @bbcAfaanOromoo ..
========Read more=======

Narsii Oromoo Ameerikaatti dhibamtoota COVID19 yaalaa jirtu.

๐Ÿ‘‰ @bbcAfaanOromoo ..
========Read more=======

Koronaavaayirasii: Namni manaa bahuu dhorkamuun bineensotaaf bilisummaa fide

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-52171331

BBC NEWS ODUU HAARAWA

03 Apr, 17:38


BBC NEWS AFAAN OROMOO:
Diroogbaafi Eetoon doktoroota 'talaalliin Covid19 Afrikaatti dura yaalamuu qaba' jedhan balaaleffatan

๐Ÿ‘‰ @bbcAfaanOromoo ..
========Read more=======

BBC NEWS ODUU HAARAWA

03 Apr, 14:00


BBC NEWS AFAAN OROMOO:
Gadduu Andaargaachoo: 'Waan fudhachuu hin dandeenye akka fuudhannuuf dhiibbaan nurratti taasifamaa ture'

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-52134089

BBC NEWS ODUU HAARAWA

02 Apr, 15:33


ODUU DHIBEE KORONAA April/2/4/2020
akka addunyaati namni hanga ammaatti dhibee kanaan qabaman hardha qofa nama 59,594 kan guyyaa hardhaa qofa du'an namoota 3,760 walii galatti hamma yoonaatti namooni qabaman namoota 917,913 kan du'an walii galaan namoota 46,062 namooni fayyani ammoo namoota 193,333 namoonni hanga ammaatti dhibee kana irraa hin fayyini namoota 678,518 ta'an
Ummanni keenyaa sirritti ofi eeganno haa cimsinu.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

02 Apr, 15:19


ุงุฎุจุงุฑ ููŠุฑูˆุณ ูƒูˆุฑูˆู†ุง๐Ÿฆ :
โ–ช๏ธ- #ุงู„ุนุงู„ู… | ุฅุญุตุงุฆูŠุงุช ููŠุฑูˆุณ ูƒูˆุฑูˆู†ุง.

โž• - ุญุงู„ุงุช ุณุฌู„ุช ุงู„ูŠูˆู… | 59,594
โž– - ุญุงู„ุงุช ุชูˆููŠุช ุงู„ูŠูˆู… | 3,760

๐Ÿ“ˆ - ุฅุฌู…ุงู„ูŠ ุงู„ุงุตุงุจุงุช | 917,913
โž– - ุฅุฌู…ุงู„ูŠ ุงู„ูˆููŠุงุช | 46,062
โœ… - ุญุงู„ุงุช ุดููŠุช | 193,333

๐Ÿ”ธ - ุงู„ุงุตุงุจุงุช ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ | 678,518
@Corona20_virus

BBC NEWS ODUU HAARAWA

02 Apr, 15:13


Waa'ee maaskii uffachuu gorsi amma duraa irra deebiin xiinxalamaa jira.


๐Ÿ‘‰ @bbcAfaanOromoo ..
========Read more=======

BBC NEWS ODUU HAARAWA

02 Apr, 14:55


แ‹ถแŠ“แˆแ‹ต แ‰ตแˆซแˆแ• แ‰  แŠ แˆœแˆชแŠซ แ“แˆญแˆ‹แˆ› แ‹‰แˆตแŒฅ แ‰แˆญแŠ แŠ• แˆตแˆฐแˆ›
โœ http://T.me/Ahlul_jennah
โœฏโ”„โ”…โ”…โœฟโ€โ™ฅ๏ธโ€โœฟโ”…โ”…โ”„โœฏ

โœฏโ”„โ”…โ”…โœฟโ€โ™ฅ๏ธโ€โœฟโ”…โ”…โ”„โœฏ

BBC NEWS ODUU HAARAWA

01 Apr, 15:40


https://telegra.ph/Indiyaatti-manaa-bahuu-dhorkuun-rakkoo-hamaa-biraa-dhale-03-31

BBC NEWS ODUU HAARAWA

01 Apr, 15:37


BBC NEWS AFAAN OROMOO:
Sa'udiin galmeen imala Hajjii akka tursiifamu gaafattee
InstantView from Source
@nuhus.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

01 Apr, 15:35


@nuhus.

BBC NEWS ODUU HAARAWA

01 Apr, 15:34


BBC NEWS AFAAN OROMOO:
Koronaavaayirasiifi filannoo: 'Murteen boordii filannoo faayidaa paartii aangoorra jiru kan eegsisudha' - B/J Kamaal Galchuu

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-52122746

BBC NEWS ODUU HAARAWA

01 Apr, 15:21


Channel created

2,228

subscribers

1

photos

6

videos