MUSA ABUBEKER @musaabubeker Channel on Telegram

MUSA ABUBEKER

@musaabubeker


Channel kanaan,
👉barruuwwan barsiisoo
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
👉Carraawwan hojii(job opportunity)
ni argattu
👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success)

MusaAbubeker (Amharic)

የኢትዮጵያ ህዝብ ብቻ የተገኘ ማስታወሻ የምርጫ ቤት MusaAbubeker፡፡ በዚህ ቤት ውስጥ ያንን ተባባሪዎች በታች ለመመዝገብ የቅናሽ ማንኛውም ውጤቱን ይዞ በወጣቶች እና በነጻነቶች የትኛውም ጥያቄን ለማቀናት ያስችላል፡፡ የዚህ ቤት ጤናዎች በጸለዩ በእንቅስቃሴ ማውጣት ያለብን ቅምጥ ልዩ በመሆን ጊዜያችንን ለመለያት እና ለቅሳኑ ማንኛውም ውጤት ማቀናት በነፃነት ለመመዝገብ ይችላል፡፡ MusaAbubeker፡፡ የቤት ቤት ከትኛውም ፈላጊ ሰው, ትኛውም ህዝቦች, ትኛውም ስሞችን ለመመዝገብ በማከናው ካልአንዳንድ ቀጣይ ቤቶች ያላቸው ጋሻ መንገዶች በሚፈልጉ ወጣቶች ላይ እንደሚሞት ይረዳና በተጨማሪ የትኛውም ችግር ከማንገባታቸው በትክክለኛው አገልግሎት ስለመመዝገብ ጥረት ሊገኝ ይችላል፡፡ MusaAbubeker፡፡ አንድ በአንድ፣ እንደሚከተለው ከትኛውም ነባን ህዝብን እና ውጤቷን ያግኙ፡፡ የሚካሄድበት ገጽ ለመሆን እና በቅናሹ የተገለጹትን ችግሮች ሊለዋወጥ ይችላል፡፡ MusaAbubeker፡፡

MUSA ABUBEKER

10 Feb, 03:31


Leenjii ga'umsa dhuunfaa

Personal Development Training

Namoota fedhii dandeettii

Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!

Personal development

Motivational Training 

Subconscious mind Training

Mental Banking process Training

By: Hypnotherapy and NLP Science

Carraa biizinaasii nama hundaaf!

Business Opportunity for all!

To Create visionary genuine
wealthy and health generation

Namoota sammuu guddataa
qaban hundaa ilalaata Namonii
Barabaadan Inbox na dubbisaa

#Dhaabbata Share Company leenji ga'umsa dhuunfaa Personal Development Training fi business opportunity gudda qabu  Itoophiyaa keessatti hundeeffamee daandii milkaa’inaa carraa baay'ee guddaa dhaloota Mul'ata gaarii qabu, fayya qabeessaa fi sooreessa ta'e uumuuf company hundeeffame dha.

Qaamaa mootummaa irraa beekamtii seeraaf Eeyyama kan  qabu waajjira guddaa Finfinnee naannoo Booleetii kan qabu fi damee kutaa bulchiinsa magaala Finfinnee keessaa qaba.

Dhaabbata kana keessatti leenjii/barnoota fudhattee jireenya kee, Jireenya Mul'ataa, Jireenya
Fayyaa, Jireenya Maatii, Jireenya Hawaasummaa Jireenya Hafuuraa, Jireenya Maallaqaa, Jireenya Beekumsaa irratti leenjii fudhatta.

Namni tokko sammuu isaa akkamiin fayyadamuu akka qabuufii akkamiin akka of jijjiiruu danda’u fi madda gaalii argachuu qabu irratti hojjeta.

Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu Waa'ee kaayyoo dhuunfaa keetii, dandeettii kee, mul'ata kee beekuun galma ga'uu ni dandeessa. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha. Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna. 

#Namoota hunda sammuu guddataa   ilaallata kan daldaalu, kan hojjetu, kan baratu, hojii barbaaduu hojii baay'ee salphaa ta'ee fi karaa salphaa ta'een jijjiirama guddaa kan galmeessisu dha network marketing waan ta'eef.

Akkasumas #sammuu keenya kana akkamitti akka fayyadamuu dandeenyu jireenya dhuunfaa keenyaa akka jijjiiruu dandenyu nu barsiisa.

#Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu, Waa'ee kaayyoo dhuunfaa ofii beekuu, dandeettii ofii beekuu, mul'ata ofii beekuun galma ga'uun ni danda'ama. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.

#Dhaabbata kana keessatti Leenjii/barnoota abjuu jireenyaa kan ittiin milkoofnu baranna. Jireenya ofii keetii erga jijjiiruu eegaltee namoota biraa akka isaan jireenya isaanii jijjirratan gargaaruufii jireenya isaanii jijjiiruu danda'an carraa kennita.

#Namni gamna ta'e #Karoora osoo hin baafatin waan tokko hin jalqabu. Karoora ifa ta'e baafachuun #hoogganaa fi #gaggeessaa jireenya keetii akka taatuun siif hawwa. Karoorri karaa dheeraa tarkaanfii tokko irraa jalqaba. #Jireenya karoora qabu akka jiraattuuf barnoota/Leenjii Kara adda addaa argachuun dirqama.

Mental Bank process fi kutaa sammuu keenya dhoksaa /Subconscious mind/ fayyadamuun kan hojjetu yoo ta'u milkaa'inni kan mirkanaa'ee dha. #MeentaalBaankiin adeemsa mataa isaa danda'e kan qabuufii haala ittin jijjiiramni argamudha, kanaafuu  #Saganteessuudhaan akkamitti karoora keenya galmaan akka geenyu nu gargaara.

#Barnoota kana Karaa Laman argachuu dandeessu:-

1ffaa. Online  irraa
2ffaa. Qaamaan/In Person

Leenjiin:  #AfaanOromoo, #Amariffaa, #Ingliffaa, #Tigiriffaan waan jiruuf kan dandeessaniin barnoota  isaa fudhachuu dandeessu.

Namonii jijjiiramaa barabaadan ibsa gaha fudhatanii of murteessu qabdu odeeffannoo dabalataaf #inbox yknif lakk.bilb. 0912440409 na dubbisaa. Namoota sammuu guddataa qabani fi Sammuu ofii irraatti hojeetu barbaadan  hundaa ilalaata

Hojii #NetworkingMarketing waan ta'eef hojii bira hojjechaa, bakka barbaaddan teessanii, yeroo kamiyyuu hojjechuu ni danda'ama. Dhaabbata #Qacarrii osoo hin taane dhaabbata ofii keessanif  hojjettee of jijjiirtu dha.

Waliin #hojjenna

Waliin #jijjiiramna
Waliin guddanna

https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

09 Feb, 17:48


Guddaa Galaatomi #Maatii Keenya Assela.

Jijjiirama ✍️
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔻 Yeroo hunda jijjiiramuu kan dandeenyu yoo yaada sammuu keenya keessaa burqu itti fayyadamnedha! Sababni isaa jijjiiramni inni dhugaan keessaa eegala!

✪ Yaadota sammuun keenya burqiisisu baafnee irratti hojjechuurratti sodaa qabna taanan sodaan keenya jijjiirama sadarkaa tokkorra akka turruu fi jijjiiramuu irraa nu dhorka!

✪ Kanaaf sodaa kana balleessuuf naannoo keenya kan sodaa itti mo'achuu dandeenyu uumuun irratti hojjechuutu nu irra jiraata. Yoos jijjiirama keenya harka keenya irratti arganna.

MUSA ABUBEKER

09 Feb, 09:39


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

09 Feb, 09:21


NEW BUSINESS OWNER OREIENTION (NBO) EGGALEE JIRAA.

#LEADER Musa Abubeker

MUSA ABUBEKER

09 Feb, 03:20


Learn from yesterday, live for today, and build for tomorrow.

MUSA ABUBEKER

09 Feb, 00:32


#Coming_SOON
#Asella

NBO🌹 NBO🌹 NBO🌹
New Business Orientation
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
WEEKLY GRAND NBO📖📖📖
🌄 🌄 🌄 🌄 🏅🏅🏅🏅🏅🏅
Dilbaata ganama 2:00 tti

3rd Round EVENT

📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖

GRAND NBO(NEW BUSINESS OWNER)

We are in Personal Development Training Negative thinking never give positive life.

Badhaadhina qabeenyaa caalaa
badhaadhina sammuuf dhama’i'' #Albarti_Inistaayin

Namoota fedhii dandeettii
Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!

Leenjii sammuu qaroomsu
Personal Development Training
Business opportunity namoota barabadaan hundaaf daandii milkaa’inaa carraa baay'ee guddaa dhaloota Mul'ata gaarii qabu, fayya qabeessaa fi sooreessa ta'e uumuuf

#Namoota hunda ilaallata kan daldaalu, kan hojjetu, kan baratu, hojii barbaaduu fi sadarkaa barnoota kamiyyuu ni danda'ama hojii baay'ee salphaa ta'ee fi karaa salphaa ta'een jijjiirama guddaa kan galmeessisu dha

"Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.

We are in Personal Development Training
Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha.

#Sanbaata_Guddaa (Dilbaata) fuldura keenyaa jiru #Assallaati waliin jirra warri irraatti hirmaatu barbaadan inbox na dubbisaa

Magaalaa #Assallaa

Positive mind find opportunity in everything
Namni irraatti hirmaatu barbaadan #Musa Abubeker
Tg.@obsa1204
Phone.+251912440409
Irraattii Naa dubbisaa

MUSA ABUBEKER

08 Feb, 19:10


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

08 Feb, 16:59


Sanbata Guddaa dhufu (9 February) sagantaa guddaa NEW BUSINESS ORIENTATION jedhamu magaalaa Assellaa irraatti qabna.
Sagantaa kana irraatti hirmaachuuf fedhii guddaa kan qabdaniif namoota 5 Qofa haffeerran taasisa.
#Gatii Seensa Bilisa
Kanaaf Naannoo Assella fi Assella kan jirtan
@obsa1204 irratti na dubbisaa.
ykn +251912440409
Irraattii Naa bilbillaa.
Assella NBO jedha.
#First Come First Service.!!

@obsa1204
https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

08 Feb, 12:22


Live stream finished (4 minutes)

MUSA ABUBEKER

08 Feb, 12:17


Live stream started

MUSA ABUBEKER

08 Feb, 08:55


Amazing New Business Orientation is going on

@Obsa0904

MUSA ABUBEKER

14 Jan, 18:28


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

13 Jan, 21:11


Yeroo hojii mataa keetii eegaluuf karoorfattu gaaffilee armaan gadii if gaafadhu!

💥 1.  Hojii kana sirnaan akka ana irraa eegamutti beekaa?
Tarii hojjettoota hojicha beekan qacaruun rakkina kana furuu yaalta ta'a; haata'u malee, yoo hojicha sirnaan hin beekne hojjettoota kee sana sirnaan to'achuu hin dandeessu.
Kanaafuu hojii sirnaan beektu filadhu.

💥 2. Hojii kana nan jaalladhaa moo qarshii qofaafan hojjechuu barbaadaa jira?
Jaalala hojichaa hin qabdu taanaan yoo biizinesiin kee qarshii maddisiisuu irratti booda hafe carraan abdii kutattee booda deebi'uu keetii guddaadha.

💥 3. Namootan gabaa keessatti faana dorgomu beekumsaan nan caalaa?
Namoota oomisha yookaan dhiyeessii keetiin faana dorgomtu biratti beekumsa kee madaaluun gaariidha. Haala maamiltoota qabachuu fi jaallatamummaa dhiyeessii keetii caalchisuu yaaduu qabda.

💥 4. Waan haaraan qabadhee gabaa itti ba'aa jiraa?
Maamila baayyinaan kan argattu waan haaraa yookaan fooyya'aa yoo qabattee dhiyaattedha.
Bakka namoonni muuxannoo yeroo dheeraa qaban jiranitti waanuma duraan ture qabattee yoo dhiyaatte carraan milkaa'uu biizinesii keetii baayyee xiqqaadha!

https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

13 Jan, 10:44


https://www.facebook.com/muhe.musa.90

MUSA ABUBEKER

13 Jan, 07:47


You are amazing 👏👏

My Parents

You Deserve congratulations 👏👏👏👏👏💐👏👏💐💐👏


Congratulations 🎊🎊🎊🎊🎊🎊

MUSA ABUBEKER

13 Jan, 02:44


If you don’t do personal development you don’t know what is going on.

https://t.me/musaAbubeker
@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

13 Jan, 02:43


https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

12 Jan, 15:54


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

12 Jan, 08:14


Serving the generation!!
Ants Global Monthly NBO
If you don’t do personal development you don’t know what is going on.

https://t.me/musaAbubeker
@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

12 Jan, 07:14


FIRST GRAND NBO/New Business orientation
FIRST TRAINING IS GOING WELL @ Finfinnee

@obsaa1204

MUSA ABUBEKER

11 Jan, 10:06


I LOVE NETWORKING

join me 👉 @Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

10 Jan, 20:14


You are amazing 👏👏

My Parents

You Deserve congratulations 👏👏👏👏👏💐👏👏💐💐👏


Congratulations 🎊🎊🎊🎊🎊🎊

MUSA ABUBEKER

10 Jan, 19:27


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

10 Jan, 08:23


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

10 Jan, 06:00


Never depend on a single income
make an investment to create a
second source.”  Warren Buffett

Madda galii babal'ifachuu
Diversifying income sources

"Gabrummaa hanqina maallaqaa jalaa ba'uun qabsoo madda galii dabalataa gabbifachuu gaafata.

"Dingadeen bilisummaa hin qabdu taanaan siyaasaanis ta'e sammuu kee keessatti bilisummaa qabaachuu hin dandeessu"
"
Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Dr. Gutu Tesso

Wantoota guddina dinagdee
keessatti murteessoo ta'an.

1. Of jijjiiruu
2. Mul'ata qabaachuu fi karooraan jiraachuu
3. Aadaa hojii gaarii gabbifachuu
4. Madda galii babal'ifachuu
5. Amala qusannaa jabaa horachuu
6. Baasii hin malle hir'isuu
7. Idaa hamaa keessa akka hin seenne of-eeguu
8. Qabeenya horachuu
9. Beekumsaan of qaraa adeemu

@Obsa0904

MUSA ABUBEKER

09 Jan, 18:54


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

09 Jan, 09:17


Start with Confidence
When meeting someone new, smile, shake hands that is how network marketing Start with Strength

Some people have a natural talent for connecting. Others struggle in social situations . The good news is that networking is a skill that can be
learned. Tap your strengths, knowledge, desire to help, interest.

Think of it as a form of marketing highly personal, targeted and effective marketing focused on your career and your current business.
Invest a portion of your time and effort every week and your rewards will
grow.

Good afternoon
#keeplearning

MUSA ABUBEKER

09 Jan, 08:31


Baga gammaddan!

Breakthrough faana maatii taatan leenjii fudhachuuf akkasumas business hojjechuuf Odeeffannoo fudhattan hin eegaliin kan jirtan carroomtan jirtu.

Innis dhaabbanni turtii guyyaa 5f kan turu gatii leenjii package hunda irratti discount godhee waan jiruuf carraa kana fayyadamaa.

Namni kamuu ariitiin nama Odeeffannoo isaaf kenne dubbisee fayyadamuu akka qabun dhaamaaf.

@obsaa1204

MUSA ABUBEKER

08 Jan, 16:22


Gudiidha

Weekly IBO Bonus

Network Marketing

MUSA ABUBEKER

08 Jan, 15:20


Jireenya amma jiraacha jirtu kana filatteemo, namatu siif filee jiraacha jirtaa? Namatu siif filate taanan ati jireenya kee jiraacha hin jirtu jechuudha, garuu jireenya ofiike gammachuudhaan jiraacha jirtaa taanan jireenya ofiikee filatte waan jiraachaa jirtuuf jireenyakee jiraacha jirta jiechuudha.

Jireenyi filannoodha malee jireenyatu si filata yookiin namatu siif fila miti.

MUSA ABUBEKER

07 Jan, 09:40


Namoota Fedhii qabaa Leenjii tokko akka keennaati Qopheessee jiraa Namoota Dursee 15 qofa keennaa.
Nama Dursee Naa Dubbisiif

@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

07 Jan, 09:38


Live stream finished (15 minutes)

MUSA ABUBEKER

07 Jan, 09:23


Live stream started

MUSA ABUBEKER

07 Jan, 06:05


Channel kanaan,
👉barruuwwan barsiisoo
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
👉Carraawwan hojii(job opportunity)
ni argattu
👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success)

MUSA ABUBEKER

06 Jan, 20:29


Jijjirama Offii irraa eggalaa gafaa jennuu caalisin mittii

Caaltee argamuu kan qabdu hiriyoota kee osoo hin taane, eenyummaa kee isa kaleessaa ta'uu qaba.

MUSA ABUBEKER

06 Jan, 19:49


The Best Investment is Invest on your mind!!!

MUSA ABUBEKER

06 Jan, 17:34


Hayyuu siyaasaa, diinagdee fi Abukaatoo qabsoo Oromoo Obbo Bulchaa Dammaqsaa biyyoon isinitti haa salphattu. Lubbuun darbitanis seenaan keessan jiraataadha!

MUSA ABUBEKER

05 Jan, 12:25


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

05 Jan, 11:46


Leader Eyu Teshe MO'AA TV seenuun daawwadhaa!
Ergaa guddaa dargaggoota keenyaaf.

👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽


https://youtu.be/wt50tBOAy6s?si=YtFfz-2FEddL0Z4Y

MUSA ABUBEKER

05 Jan, 11:15


We are in Personal Development Training
Negative thinking never give positive life


“Believing and investing in yourself is the best way to shift your thinking from a paradigm of excuses to one of the solutions.” – Farshad Asl

#PersonalDevelopment is looking inward and focusing on ways to better yourself. Personal development increases your self-awareness, your self-esteem, increases your skills, and fulfills your aspirations.


The Five major areas of Personal Development Training are.

Social Personal Development
Emotional Personal Development
Mental Personal Development
Spiritual Personal Development
Physical Personal Development

@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

05 Jan, 07:56


Sammuun keenya garaa keenya caalaa beela'a,

√Sammuun soorata yeroo yerootti argachuu fedhu qaba,
👉Sammuun soorata barbaachisaa hin arganne,
√Hin quucara,
√Madda yaada gaarii ta'uurra kan yaadota faallaa maddisiisu ta'a,
√Bu'aa gaarii argachuuf jiraachuurra, madda summii badiisaa facaasu ta'a
√Waan qabuuf waan hin qabne gargar baasee hin hubatu, dhabuu qofa lakkaa'aa,

👉walumaa gala sammuun soorata gaarii dhabee agabaa'e madda rakkooti.

•Sammuukee soori haa guddatuu,
•leenjisi yaadota gaariidhaan,
•dubbisi kitaabota isaaf malu,
•Albuuda qarshii kamiin hin tilmaamamne of keessaa akka qabdu hubadhu,

ciminniif guddinni sammuukee ofiikeef, maatii keef, naannoo keef, addunyaaf bu'aa gaarii akka argamsiistu si taasisa.🙏🙏

@Obsaa1204
@Obsaa1204
https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

04 Jan, 19:55


Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
🤜🤛👇🤜🤛

MUSA ABUBEKER

04 Jan, 17:55


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

28 Dec, 19:19


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

28 Dec, 18:14


Namoota Abjuuf Mul'ata gurguddaa qaban faana ooluun eebbifamuudha!

@Obsaa1204

Oolmaakee nu faana godhadhu

MUSA ABUBEKER

28 Dec, 10:57


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

28 Dec, 07:27


Namni jaarraa 21ffaa keessatti internati bilbila isaa fayyadame biiznasa hin hojjannee,galii hin argannee ,nama #stoovii mana kessaa osoo qabuu boosona demee bosoona ciree kasala baasee nyaaata bilcheffachuuf yaaluu jechuu dha waluma fakkatu.kaalas.
Bilbili koo Biroo kooti
Bilbilli koo madda galii kooti
Bilbilli koo accounti baanki kooti
Kanaafu Anis Bilbillaa Koo Fayyadamee Galii Argaachuf
👇👇👇👇👇👇👇👇

@Obsaa1204

https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

27 Dec, 19:28


"#Nama tokko umurii isaa guutuu #qurxummii nyaachisuu irraa gaaf tokko laga geessanii akka itti qurxummii qaban barsiisuu wayya jedhu. Chaayinoonni.

@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

27 Dec, 17:47


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

27 Dec, 13:49


https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

27 Dec, 05:28


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇

MUSA ABUBEKER

26 Dec, 13:18


https://t.me/Breakthroughsc

@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

26 Dec, 08:45


Nu Barbaachifta

༄ Hiriyaa koo sin jaalladha. Ani warra milkaa'ina kee hawwiin eegan keessaa isa tokko. Dhugaa tokko sitti himuu? Nu barbaachifta. Kan si barbaannu jaalannee sitti hin fakkaatin. Wanta akka nuyi si barbaannu godhutu si keessa jira. Mee akkuma barreeffama kana dubbisteen akka barbaachistu ofitti himi!

༄ Haala kee har'aa ilaalta ta'a. Sin hubadha. Haalichi kana akka ati jettuuf siif hin eeyyamu ta'a. Mee garuu waa yaadadhu! Namoota hedduutu karaa ati darbaa jirtu kana darbaa jira. Rakkinichi si bocaa; si bilcheessaa akka jiru yaadi! Ofii keef, maatii keef, saba keef ni barbaachifta. Kanaaf, yeroon kun yeroo tarkaanfii itti fudhattu siif haa ta'u! Jabaadhuu borii keetti abdii hori! Nu barbaachifta! Nuuf jiraadhu! Viv Gaggeessummaa

Positive mind find opportunity in everything.

https://t.me/musaAbubeker

@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

26 Dec, 08:16


Namni jaarraa 21ffaa keessatti internati bilbila isaa fayyadame biiznasa hin hojjannee,galii hin argannee ,nama #stoovii mana kessaa osoo qabuu boosona demee bosoona ciree kasala baasee nyaaata bilcheffachuuf yaaluu jechuu dha waluma fakkatu.kaalas.
Bilbili koo Biroo kooti
Bilbilli koo madda galii kooti
Bilbilli koo accounti baanki kooti
Kanaafu Anis Bilbillaa Koo Fayyadamee Galii Argaachuf
👇👇👇👇👇👇👇👇

@Obsaa1204

https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

24 Dec, 18:16


🎈🎈🎈🎈🎈🎈
Dr. Ewnetu Hailu

On Speaking 🎤

Leenjii Addaa Nuufii keenna jira.

MUSA ABUBEKER

22 Nov, 08:24


Yeroo amma kana waantota nu fayyadan ganama ganama dubbisuudhaan...See More
Waver 👉 @Daani28
     👇👇👇

MUSA ABUBEKER

22 Nov, 07:59


Today Experience sharing
By Segni Gudeta
Networking Marketing journey!!!!!!!

"Success is the sum of small efforts, repeated day in and day out.

Contact mee
👇👇👇👇👇👇👇
@Obsaa1204

https://t.me/musaAbubeker

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 19:34


The secret ingredient is nothing to make something special you just have to believe it's special.

Special Ingredient is  me!

Real warrior Never quite !!!🤜🤛

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 19:33


Leader Trainer
Nagesso Bikila.

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 19:32


Banker, Trainer
Musa Abubeker

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 18:55


Leader,TRAINER
Gemechu Teka

On Speaker 🔊🔊🔊🔊

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 18:55


Leader , Trainer
Megertuu Teshome

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 16:18


Live stream finished (6 minutes)

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 16:13


Hello Maatii Energy Team

Mee Sagantaa kan Qophii ta'uu keessaan Nuu Argisisaa.

❤️⛳️⛳️👏✈️🙏🙏👏⛳️⛳️👏✈️🙏🙏👏👏❤️⛳️👏✈️🙏🙏👏👏✈️✈️⛳️⛳️👏⛳️⛳️👏👏✈️🙏🙏
Qophiidha jedhaa ????????

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 16:11


Live stream started

MUSA ABUBEKER

21 Nov, 12:00


Yeroo amma kana waantota nu fayyadan ganama ganama dubbisuudhaan...See More
Waver 👉 @Daani28
     👇👇👇

MUSA ABUBEKER

20 Nov, 20:16


Gammachu Leader keenya jabaa #Sanyi Gudata

Akkasiin kabajaaa jirta

Woooooooow congratulations 👏👏💐👏👏💐👏💐
Our NTB

MUSA ABUBEKER

16 Nov, 12:56


Live stream finished (5 minutes)

MUSA ABUBEKER

16 Nov, 12:51


Live stream started

MUSA ABUBEKER

16 Nov, 12:50


Live stream finished (15 minutes)

MUSA ABUBEKER

16 Nov, 12:34


Live stream started

MUSA ABUBEKER

16 Nov, 06:43


Yeroo amma kana waantota nu fayyadan ganama ganama dubbisuudhaan...See More
Waver 👉 @Daani28
👇👇👇

MUSA ABUBEKER

16 Nov, 06:43


OSHOON MAALI ?
👇👇👇👇

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 21:01


Live stream finished (5 minutes)

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 20:55


Live stream started

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 20:37


We are in Personal Development Training
Negative thinking never give positive life

Self Investment  is the greatest investment

“Believing and investing in yourself is the best way to shift your thinking from a paradigm of excuses to one of the solutions.” – Farshad Asl

#PersonalDevelopment is looking inward and focusing on ways to better yourself. Personal development increases your self-awareness, your self-esteem, increases your skills, and fulfills your aspirations.

"#Positive mind find opportunity in everything while #negative mind finds fault in everything!"

@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 20:12


Live stream finished (4 minutes)

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 20:08


Live stream started

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 16:22


Live stream finished (8 minutes)

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 16:13


Live stream started

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 16:13


Live stream finished (3 minutes)

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 16:09


Live stream started

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 14:16


Warri Jimmaa sagantaa guddaa kanatti fayyadamaa!
Assiin Naa Dubbisaa
@Obsaa1204

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 14:08


Yeroo amma kana waantota nu fayyadan ganama ganama dubbisuudhaan...See More
Waver 👉 @Daani28
👇👇👇

MUSA ABUBEKER

15 Nov, 08:27


Delete nagative people forgot your past, accept Your mistakes, Restart Your life.

https://t.me/musaAbubeker

MusaAbubeker

04 Nov, 04:11


Namoota jaallattu akka jaallattu itti himi. Jireenyi baay'ee gabaabaa waan ta'eef nama tokkotti aaruu ykn mufachuuf yeroo hin qabnu. Hafuura baafadhuu dhiisi. Jireenya kee gammachuun dhandhami. 🤍

GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━

MusaAbubeker

03 Nov, 20:56


"#FAANA_GANAMAA"

Kan uumamni uuman walitti fayyaa
Kan uuman uumamatti fayyaa
Kan uumamni walitti fayyaa
Kan uumamni ofitti fayyaa

Kan uuman uumamatti dhiyoo
Kan uumamni uumatti dhiyoo

Kan kadhaan uumama isaa urgaa qabu
Kan owwaannan uumaasaa tolii qabu
Kan uumamni heera uumaa hin cabsinee
Kan uuman heera isaa hin dabsine!

Kan dirraa dirreen isaa Ayyaana qabdu
Kan kaawwoo qe'eesaa; inaaftun argaa dadhabdu

Kitaabicha keessaa Kan fudhatame.
Barreessaa: Moo'eeraa Asafa Moo'eeraa Asafa Heeyyii tiin kan barraa'e! ...✍️
#YEROO_DHIYOOTTI! isin biraan gahuuf qophiitti jira. Hangasittuu
Hiriyoota keessaniif qooduun, yaadan utubaa!🙏

MusaAbubeker

03 Nov, 18:40


"NO ONE WAS BUSY.  NO ONE IS BUSY.
NO ONE WILL BE BUSY.
IT IS MISMANAGEMENT TIME.!!!!!!
                  {Fikru Mengistu}

MusaAbubeker

03 Nov, 18:12


Namoonni channalii keessaan kuma tokko ol members ta'e karaa bilisaan yookiin kaffaltii malee wave,n guddifachuu barbaaddan na quunnamaa
👇
@Daani28

MusaAbubeker

03 Nov, 17:48


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇👇

MusaAbubeker

03 Nov, 17:47


#Abbaa_Biizinasii_of_Danda’aa
Independent Business Owner Day
Magaalaa Finfinneetti Afaan Oromootiin
#Leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf leenjii Eenyummaa keenya gabbisuu fi caalaatti jabaanne akka tarkaanfannu nu godhudha.

#Jijjiiramaaf: ana caalaa namni sirriin, amma caalaa yeroon sirriin, addana caalaa bakki sirriin hin jiru!_ Daandii Mo'attootaa

The Five major areas of Personal Development Training are.

Social Personal Development
Emotional Personal Development
Mental Personal Development
Spiritual Personal Development
Physical Personal Development

Deemsi itti fufa
Inaaftuu fi Nyaarri hin guddattu!!

@Obsaa1204

MusaAbubeker

03 Nov, 13:47


Channalii kanatti dafii ariifadhu itti makami, ergaan gurguddaan kan keessa jirudha.
Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

MusaAbubeker

03 Nov, 13:30


#Hunduu_waan_qabu_kenna!

Lagni bishaan siif kenna
Gaafa ati dheebottu
Manni ho’a siif kenna
Gaafa ati dhaamottu
Muka bosonaa argatta
Kan mana ittiin ijaartu
Galaanni immoo qurxummii
Kan affeellattee nyaattu
Mi’a gatii jabeessa
Gabaa qaalii irraa argatta
Riqicha bishaan qabu
Bidiruudhaan dabarta
Waan hin qabne argachuuf
Isa qabu harka ilaalta
Atis waan qabdu hiixadhu
Xiqqaatu tokko in caalta!
Garuu......
Xaddee foon hin kadhatiin
Qoraattiin si waxalti
Salphoo ulfina hin kadhatiin
Udaaniin siqabatti
Machooftuu hin hammatiin
Bulgaatiin si lollaati
Nama badii hin qoccoliin
Dhuftee hiriyaa kee taati
Addaggeetti hin shirkoomiin
Mataa irratti ol si baati
Daa’ima qullaa hin baatiin
Wayyaa kee irratti albaa ti
Kotte duudaa hin hooksiin
Ilkaantu sirraa dhuma
Hunduu waan qabu kenna
Jireenyatu akkasuma.

Via Dastaa Hinsarmuu
@Obsaa1204

MusaAbubeker

03 Nov, 12:40


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇👇

MusaAbubeker

03 Nov, 09:12


Guyyaa Abbootii Biizinesii

Magaalaa Finfinnee tti sagantaa ajaa'ibaa irra jirra!

@Obsaa1204

MusaAbubeker

22 Oct, 20:45


#Solomon Kassahun

Trainer

On Speaking 🎤🎤🎤

MusaAbubeker

22 Oct, 19:19


Trainer Fikadu Mitiku

#Desire

👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

MusaAbubeker

22 Oct, 19:19


Leader Eyu Teshe!

Amazing testimony

👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

MusaAbubeker

22 Oct, 19:07


#Bilisummaa_Sammuu!
GORSA QAJEELTOO MILKAA'INA JIREENYAA:
1. Eessaan dhufe, Eessattin deema,
Maaliifin uumamee bari.
2. Seera uumaa (natural law) kabaji.
3. Yeroo hunda dhugaa dubbadhu, haqaan hojjedhu.
4. Amala gaarii, namooma, amanamummaa, naamusa kkf qabaadhu.
5. Jibba dhala namaa kamuu ofirraa balleessi.
6. Nama miidhuu irraa fagaadhu
7. Karaa qaxxaamuraa fi daba cubbuu irraa fagaadhu.
8. Amantii qabaadhu, Rabbi kadhachaa sodaadhu
9. Haadhaa fi abbaa, maatii keetiif tola oolii gammachiisi.
10. Hiriyaa gaarii filadhu
11. Mul'ata qabaadhu
12. Baradhu, barreessi, dubbisi, beekkumsa horadhu.
13. Hanga duututti barataa ta'i.
14. Dubbachuu fi hojjechuu dura hubachuu bari.
15. Jaarsolii fi Manguddoo irraa beekkumsa argadhu.
16. Du'a akka hin oolle yaadadhu.
17. Taa'uu hin baay'isin sochoo'i, deemii dalagi.
18. Nama qormaata irra furmaata; Boo'icha irra moo'icha irratti xiyyeeffadhu.
19. Waan dabre yaadachaa hin oolinii dhiisi fuuldura ilaali.
20. Keessummaa ykn nama hayyuu waliin haasa'i irraa baradhu
21. Seenaa namoota gaggaarii fi milkaa'anii dabranii dubbisi.
22. Gufuu si mudatu osoo hin dhiphatin akka carratti fayyadami; kufaatiif harka hin kennin obsi.
23. Oduu dhaggeeffachuu fi Miidiyaa hawaasummaa online baay'isin.
24. Namoota si caalan irraa baradhu malee itti hin hinaafin.
25. Namoota gowwaa, hamaa, jibbaa, hinaafaa, haasida, fakkeessaa, sobaa, abdi kutataa kkf irraa fagaadhu.
26. Hedduu dubbachuu hin baay'isin
27. Waan namni akka siif tahu feetu dursii namaaf tahi.
28. Qorichoota si macheessan dhaabi
29. Halkan yeroon (sa'aa 3 - 4) hirriiba rafi
30. Ganamaan dammaqi
31. Ispoortii hojjedhu
32. Nyaata gosaa (kudraa fi mudraa baay'isi; cooma, soogiddaafi sukkara hir'isi) fi hamma isaa hanga danda’ame madaalii nyaadhu.
33. Namootaaf dhiifama gochuu aadeffadhu, araaramaa fi waliigalaa ta'i.
34. Miira dorgommii fi naman caalaa ofirraa balleessi.
35. Fedhii, hawwii fi miira kee daangeffadhu.
36. Fudhataa osoo hin taane kennataa ta'uun beekkami. Nama rakkataa gargaarii arjaa ta'i.
37. Waan fedhii itti hin qabne hin hojjetin
38. Waan dhala namaa fayyaduu fi yoomuu itti yaadatamtu dalagi.
39. Yoomuu hin boonin, of hin tuulin, fiinxaalessa hin ta'in dhala namaaf jiddugaleessa ta'i.
40. Ofii gaarii ta'ii "Cubbuu fi Irbuu" irraa fagaadhu. Baŕreessaa: Anwar Ahmed

#erga koo
Bilisummaa sammuu keetii; Dabarsitee namaaf hin kenniin.Gaafa bilisummaa sammuu keetii dabarsitee namaaf kennite, Qaama biraatiin to'atamta!

Addunyaan kun ilma namaatiif qixa kennamte.Qixaan itti gargaarami.Gatiin kee siin haa madaalamu.Bara jireenyaa kee burjaajiin hin dabarsiin.Of ta'ii jiraadhu.Ati nama guutuu taatee dhalannaan; nama guutuu ta'ii jiraadhu.
#Obsaa1204

MusaAbubeker

22 Oct, 18:36


Lecture events namoni bakkaa Gargaraa ta'uu
Leenji aijabaa personal development training fi business opportunity leenjii keenama jiruu dha
Ato Mee sa'a hojjii kee boodaa maalin dabarsitaa lata ?
Namin Kun naa darbuu hin qabu jedhe kan click godhii 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Naa duubisii
@Obsaa1204

MusaAbubeker

22 Oct, 18:35


#Desire

MusaAbubeker

22 Oct, 14:27


Hordoftoonni fi jaallattoonni Channel Musa Abubeker @Obsaa1204 akkam jirtu.

Musa Abubeker jedhama
Dhalootan Arsii Aselladha dha
Degree Account and finance fi Pharmacy Arsii university irraa Xumure.
Amma Finffinneen jiraadha.

Kaniin hojjedhu Hojjaata Bank fi Yeroo Boqonaa kootii immoo Leenjii gahumsa dhuunfaa irraattii carraa kanaan ammoo Independent Business Owner tahuun namoota 450 oliif carraa leenjiif Business kana qoodeefiin waliin hojjechaa jira.

Hanga ammaa hubannoo leenjii gahumsa dhuunfaa kanaa fi passive income generate gochuuf odeeffannoo kan hin qabne Audio dhan qopheessee waanan jiruuf
@Obsaa1204 irratti maqaa,Bakka jiraattuufi lakk bilbilaa kee naaf barreessi.


@Obsaa1204

MusaAbubeker

22 Oct, 12:21


Torban 46 ffaa

Namoota qophii ta'aniif carraa sagantaa kana hirmaachuu nan kennaaf.
Dursaa @@Obsaa1204 irratti hirmaachuuf qophii tahuu keessan na beeksisaa
https://t.me/musaAbubeker

MusaAbubeker

21 Oct, 21:16


I Have Dream | Martin Luther

"Misooma Sammuu kee irratti hojjechuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa"
@Obsaa1204
https://t.me/musaAbubeker

MusaAbubeker

21 Oct, 20:02


Barreessitoota gurguddoo, kanan kitaaba isaanii dubbisaa guddadhe warra akka Dhaabaa Wayyeessaa, Kumsaa Buraayyuu, Gaaddisaa Birruu, Takilee Qinaaxxii, Isaayaas Hordofaafaa warra bara rakkinaa, dukkana keessa taa’anii ogbarruu Oromoo irratti hojjetaa turan hundaaf dinqifannaa guddaan qaba.
Addatti garuu, hojiiwwan Dhaabaa Wayyeessaaf iddoo adda ta’en qaba. Godaannisa dubbisaan guddadhe. Gurraacha Abbayaa ijoollummaa koottan dubbise.
Kitaabonni kun lamaan badaadhuma dhiibbaa guddaa narratti taasisaniiru” kan jedhu dargaggeessi kitaabota hedduu barreesse kun, “barreessitoota gameeyyii [ta’aniif] jireenyakoo keessatti iddoo addaa” qabaachuu hima.
“Hojii baay’een qaba. Nan barsiisa; leenjii nan kenna; kitaaba nan barreessa; kitaaba nan hiika; nan dubbisa. Anaaf bashannana jechuun bakka bareedaa daaw’achuu utuu hin taane; hojii jijjiiruudha.
Fakkneeyaaf sa’aatii kana dubbisaan jira yoo ta’e, bashannanuu yoon barbaade gadi hin ba’u; dubbisa dhaabeen leenjii qopheessa. Waantan leenjisu qopheeffadhee gaafan dadhabu ammoo kitaaban barreessaa turen ittifufa” jechuun itti bashannanu hima, Eebbisaan.
Akka barreessaan kun jedhutti, hojii hojjechaa jiru jijjiiree kan biraa hojjechuudhaan bashannana. Fiilmii dokumentarii waantota gadi fagoo ta’an isa barsiisan ilaala. Fiilmii ilaalee yoo dadhabe ammoo muuziqaa [faarfannaa] dhaggeeffata.
“Umamuun waantotan hojjechuu danda’u waan baay’ee waanan qabuuf, isaanuma waljijjiiree gaafan hojjedhu anaaf boqonnaadha” kan jedhu barreessaan kun, paarkii keessa ta’ee waa ilaalee nama bashannanu akka hin taanee fi uumama sanaa akka hin qabne hima.
'Raajiidhumaan jiraadhe; Deemsi Itti Fufa…’
Dubbistoonni isaa jecha ‘Nama biyya Oromoo’ fi ‘Deemsi itti fufa’ jedhuun akka isa beekan dubbata Eebbisaan. Keessumaa ‘deemsi itti fufa’ kan jedhu namoonni akka salphaatti fudhatanis, isaaf seenaa addaa qabaachuu hima, barreessaan kun.
“Ijoollummaarraa kaasee qormaata gurguddaarran darbe. Keessumaa gara waggaa saddeetii dhukkuba hin beekamnen dhukkubsataan ture. Waggaa saddet keessatti mana yaalaa baay’een deeme.
Garuu dhukkubni sun waggaa saddetiin booda maalummaan [isaa] baramee, yaala argadhee fayye. Anas ta’ee namni namni kamuu Eebbisaan lubbuudhaan in jiraata jedhee namni yaade hin turre” jechuun haala fayyaa rakkisaa keessa turuu kaasa, barreeichi.
Yunivarsiitii Diillaatii waggaa tokko erga barateen booda addaan kutee yeroo galu ulfaatinnisaa Kiilogiraama 37 ture. “Sana jechuun lafee duwwaan ture. Suuran yeroo sana ka’e, har’a namni danda’ee ijaanuu hin ilaalu; in sodaata.
Haala sanaan har’a du’e jedhama; boru in du’e jedhama. [Inumaayyuu] du’eera jedhamee awwaalchaaf mana yaalaatii ba’ee beeka.
Raajiidhuma ta’e tokkoonan lafa kanarra jiraadhe waanan ta’eef, ‘Deemsi ittifufa’ gaafan jedhu sanaanan walqabsiisa. Namoonni hin beekani, akkuma waan salphaatti ilaalu; anaaf garuu waan guddaadha.
Akkan itti deemee dhufe waan addaa waan ta’eef, ergan sana keessa darbee, ammas ittanfufa. Abdii guddaa, hiika addaa naaf kenna” sababa kanaafis, xumura barreeffamoota isaa hunda jalatti akka fayyadamu hima, barreessaan kaleessa bu’aa bayiin jireenyaatiin daran qoramee darbe.
'Abdii kutachuuf sababa gahaan qaba ture'
“Kitaabnikoo baay’een onnachiisoodha” kan jedhu Eebbisaan, “dhaloonni waan gaariif akka onnatu; akka abdii hin kutanne” akka barsiisaa hima. “Ani nama karaa kamuu deeggarsa hin qabnedha. Hanga yoonaatti namni hojii hojjetteetta naan jedheyyuu jiru.
Kitaabota kana akkaataan itti asiin gahe seenaa mataa isaa qaba. Cichoominaan, gatii hadhaa’aa baasee, sadarkaa kanarra gahuu danda’eera. Waan dhaloonni narraa barachuu danda’a jedhee yaadu, cichoomuu; kaayyoo kooti [jedhee] waan qabate tokkotti gatii baasuu” akka ta’e dabaluun dhaloota gorsa, barreessaan kun.
Gamaacha aartii Oromootiif taasisaa jiruun dhaloota qaraa akka jiru kan kaasu, barreessichi, imala aartii isaa keessatti deeggarsa qaama kamiillee akka hin qabne kaasuun, “Abdii kutachuudhaaf sababa gahaan qaba ture; garuu dubbistootakoo ilaaluurraan kan ka’e, waan hundumaa dhiisee gatii hadhaa’aa [kaffalaan] as gahe.
.....Itti fuftanii dubbisuuf see more

MusaAbubeker

21 Oct, 19:49


Milkaa'inni irra deddeebi'anii yaaluu fi Abdii muruu dhiisuu irraan dhufti

#Toomaas Ediisan abbaan argannoo ‘Ampuulii’ ijoollummaa isaatti barnoota dadhabuudhaan mana barumsaa irraa akka ar'atamu taasifame. Guyyaa tokko barsiiftuun isa barsiiftu xalayaa akkas jedhu barreessitee itti laattee akka inni galee maatii isaatti kennuuf itti himte. Xalayichi akkas jedha. “Toomiin kee barumsa waan hin dandeenyeef,akka lammata mana barumsaatti hin ergine!’’ jettee xalayaa barreessitee isumatti laatte.

Ediisan dubbisuu waan hin dandeenyeef, xalayicha osoo banee hin ilaaliin akkuma jirutti galchee harmee isaatti laate. Harmeen isaa xalayicha dubbistee, hirqistee boosse. Innis harmee isaatiin.....“Maal taate?” jedhee gaafate. Isheenis....“Toomiin kee cimaadha!” jettee barsiiftuun kee xalayaa naaf barreessite......“Kana booda mana barumsaa hin deemtu. Manumattin si barsiifadha!” jetteen Toomiidhaan.

Akka seenaan isaa jedhutti ji'oota lama qofa barate Toomaas Ediisan. Garuu, abbaa argannoo addunyaa kanaa ifa nuuf laataa jirtuuti. Ampuulii kalaquuf yeroo 9999 yaalee, si'a 10000 irratti milkaa'e. Isayyuu xumura irratti ampuulii kalaqee hojjettoota isaa keessaa nama tokkotti akkanni bakka wayii ka'uuf itti laate. Innis harkaa fuudhee battaluma sanatti ampuulichi lafa harkaa rukutee caccabe. Eediisan dadhabbii amma kanaa itti dadhabee.....yeroo amma kanaa itti fixee yommuu jalaa caccabu, baay'ee nama hin aarsu. Nama aarsa dhugaa dubbachuuf! Ammas abdii muree hin dhiisne. Irra deebi'ee hojjechuu isaati. Hojjetee ammas hojjetaadhuma gaafa jalqabaa sanatti deebisee laate.

Hojii Eedisan kana irraa irra deddeebi'anii yaaluun milkaa'ina akka namaaf argamsiiftu barachuun baay'ee salphata. Abdii muruu dhiisuu dabalatee jechuudha.

#HeneriiFoordii abbaan argannoo konkolaataa, guyyaa tokko akkas jedheen Eedisaniin...“Wanti kun tasumaa hin danda'amu;koottuutii na waliin kaampaanii koo keessa hojjennaa!” jedheen. Kanas hin dhageenye inni. Xumura irratti ampuulii hojjetee...“Inni ati hin danda'amu jette sun;ni danda'ama!” jechuun ampuulicha itti agarsiisuu danda'eera. Ajaa'iba!

Pirezedaantii Ameerikaa 16ffaa kan ture Abrahaam Liinkan waggaa isaa 52ffaatti Ameerikaa bulchuuf carraa argate. Sanaan dura garuu kufaatii danuu jireenya isaa keessatti nama keessummeessedha. Garuu, mormiiwwanii fi kufaatii amma kanaatiif abdii muree dhiisuu hin dandeenye. Irra deddeebi'ee yaaluudhaan milkaa'eera!

Bulchaan guddaan Afrikaa Kibbaa duraanii, Nelsan Maandellaan bilisummaa uummata gurraachaa fiduuf waggoota 27'f mana siirreessaa keessa ture. Achiitii ba'ee Pirezedaantii Afrikaa Kibbaa ta'uu danda'eera. Wal-qixxummaa Adiif Gurraachaas mirkaneessuu danda'eera. Badhaasa beekamaa Addunyaa ‘Nobel Peace Prize’ fudhachuus danda'eera. Ajaa'iba. Wanti hundi kutannoo gaafatti!

Walumaagalatti, waan hundi kutannoo, irra deddeebi'anii yaaluu, abdii muruu dhiisuu irraan dhufa! Galatoomaa!

https://t.me/musaAbubeker

MusaAbubeker

21 Oct, 19:48


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇👇

MusaAbubeker

21 Oct, 17:21


Torban 46 ffaa

Namoota qophii ta'aniif carraa sagantaa kana hirmaachuu nan kennaaf.
Dursaa @@Obsaa1204 irratti hirmaachuuf qophii tahuu keessan na beeksisaa
https://t.me/musaAbubeker