Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1 @mbjwaaqoo_guutuu_sad1ffaa_lakk1 Channel on Telegram

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

@mbjwaaqoo_guutuu_sad1ffaa_lakk1


"Gabrummaa Hiddaan Buqqisna; Dadhabnu Ilmaan Itti Guddisna," Jen. Waaqoo Guutuu

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1 (Afan Oromo)

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1 kan akka hiriyaa dhimma Oromoo dhangalaa biyya keessaa fi alaa keessaa ta'uudha. Kanumaan akka jeneraal Waaqoo Guutuu fi guyyaa tokko keessa faana namaa qabuuf deebisuuf dheeraadha. Jeneraal Waaqoo Guutuu jedhu waa'ee gaariin Oromoo keessatti kabajamoo sadarkaa addunyaatti guutuu sadarkaa qabsoo Oromoo akka hin jirre taasise. Kan keessaa miidhaa qabsoo Oromoo fi gaaffii saboota akka sababaa kaabinii fi sababaa biroo qabaatama bahuu midhaan ajjeefamuudha. Kanarraa hunduma Oromoo keessatti akka hojjetaa Oromoo qabnu jennee dandadaa itti galaafattu. Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1 kanaf Mana Barumsa isaa keessaa gabrummaa hiddaan buqqisna; dadhabnu ilmaan itti guddisna. Mana Barumsa Waaqoo Guutuu jedhu dhimma Oromoo akka qabaate kan barreessuuf deebisuuf deebisaa turan. Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1 irraa hin deebinu, ergaa taphata. Haa ta'u malee, inni dhimma Oromoo qabuun isaa rakko tokkoo qofa hin turre. Gabrummaa hiddaan buqqisna; dadhabnu ilmaan itti guddisna jedhu waltajji abbaa qabsoon itti fufuun mana Barumsaa keessaa akka argama qofa miti. Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1 kan waltajji Afaan Oromoo fi waldandaraa dhimma Oromoo hunda keessaa maa'e. Jeneraal Waaqoo Guutuu tokkoo qofa hundaan waltajji gaga'e; osoo hin taane, mana Barumsa kanarratti waltajji afaan keenyaa qixaafi harka keenyatti guutuu sadarkaa ajjeefamuuf deebisuuf deebisaa turan.

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

19 Nov, 15:17


ማስታወቂያ!


(ህዳር 10/2017 ዓ.ም)



መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!
What Sapp: - https://whatsapp.com/channel/0029VaHFiBpA2pLF0lLslK2D
You Tube: https://www.youtube.com/@addisababaeducationbureau9728
TikTok፡- tiktok.com/@aaeducationbureau
Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau
Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc
Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication
Blog: - http://www.aacaebc.wordpress.com/
Website: - aaceb.gov.et
Email;- [email protected]
Instagram: - https://www.instagram.com/aacaeb/

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

06 Nov, 12:15


ለሁሉም ወረዳዎች
ጉዳዩ፣ በጨዋታ ማስተማር ስነ-ዘዴን ያልሰለጠኑ መምህራንን ቁጥር
እንድትልኩልን ስለመጠየቅ

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

16 Oct, 16:03


አስቸኳይ ማስታወቂያ በኮልፌ ቀራኒዮ ክ/ከ/ት/ፅ/ቤት ስር ለምትገኙ 1ኛ ና2ኛ ደረጃ ት /ቤቶች በሙሉ
ጉዳዩ፡ የፖርት ፎሊዮ መዛኝ መምህራን ፡ርመምህራን እና ሱፐር ቫይዘሮች መላክን ይመለከታል፡፡
ከላይ ለመግለፅ እንደተሞከረው የኮቀ ክ/ከ የት/ጥራት ኤጀንሲ ለመምህራን የሙያ ፈቃድ ፈተና ለመስጠት በት/ቤቶች በኩል ለተፈታኝ መምህራን የማሳወቅ ስራ ተሰርቶአል፡፡ በመሆኑም ከስር በተዘረዘሩት መስፈርቶች መሠረት ፈታኝ መምህራን :ር/መምህራንና ሱፐርቫይዘር በመመልመል እስከ 7/2/2017ዓም 5:30 ድረስ እንድትልኩ እናሳስባለን
የመመልመያ መስፈርቶች

1.የመጀመሪያ ዲግሪና 2ኛ ዲግሪ
ያላቸው
2. መምህር፣ርመምህር እና ሱፐቫይዘር ሆነዉ 5እና ከዚያ በላይ የስራ ልምድ ያላቸው
3.ጥሩ ስነምግባር ያላቸው
4. ቛሚና ሙሉ የሙያ ፈቃድ ያላቸው፡፡
ሲሆኑ ከላይ በተጠቀሰው ቀንና ሰአት ብቻ በመስፈርቱ መሰረት መልምላችሁ እንድትልኩ እንገልፃለን፡፡

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

05 Oct, 08:53


New Curriculum Students' Text Books

Grade 7 | Grade 8 | Grade 9

Grade 10 | Grade 11 | Grade 12

Grade 11 Career and Technical Education

@Ethiopian_Digital_Library @Ethiopian_Digital_Library

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

30 Sep, 09:25


ጉዳዩ :-አስቸኳይ የሞግዚት ፍላጎት እንድትልኩልን ስለመጠየቅ ይመለከታል።
ት/ት ቢሮ በ2017 ዓ.ም መልምሎ የላከልን የሞግዚት ብዛት በአማርኛ___10
በአፋን ኦሮሞ_17 ሲሆን ትክክለኛ የሞግዚት ፍላጎታችሁን በት/ቤታችሁ ስም መሰረት እየሞላችሁ እንድታሳውቁን እናሳስባለን ።
ማሳሰቢያ :- 1ኛ.የተላከልን የሞግዚት ብዛት አነስተኛ ስለሆነ ለማዳረስ እንዲመች የተመጠነ እና የተፈቀደ መደብ ያላችሁ ት/ቤቶች  ብቻ እንድትልኩ  እናሳስባለን
2ኛ.ፍላጎቱን ስትሞሉ አሁን ላይ ያለ ትክክለኛ እና የተጣራ ፍላጎት መሆኑን ማረጋገጥ አለባችሁ።

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

21 Sep, 03:21


Guyyaa 10/01/2017
Beeksiisa
Barsiisota Mana Barumsaa Keenya Hundaaf
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Jalqabbii Adeemsa Baruu Barsiisuu fi Karoora Hojii Bara 2017 ilaalchisee Maatii Barattootaa Waliin Mariin Akka Geggeeffamu kallattii kaa'uun Isaa Ni Beekama.Haaluma Akka Mana Barumsaa Keenyatti Guuyyaa Boruu(11/01/2017) Waan Geggeeffamuuf Barsiisoonni Hundi Argamuun Akka Hirmaattan Isin Beeksiifna.Keessattuu barnoota dabalataa guyyaa qidaamee fi Komii Maatii Barattootaa Irraa Ka'aniif Qaaman Argamuun Akka Yaada Kennitan Ibsaa Walgahicha Irratti argamuun dirqama barsisaa hundaa ta'uu cimsinee isin hubachiifna.

Mana barumsaa Irraa!

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

15 Sep, 06:39


Guyyaa 04/01/2017
Beeksisa

Barattootaa fi maatii barattootaa kutaa 1ffaa hanga 8ffaa jiran hundaaf

Barattootni mana barumsaa keenyaa taatan hundi wixata gaafa guyyaa 06/01/2017 ganama sa'aatii 2:30 irraa kaasee hanga sa'aatii 6:30 tti isin waliin marii waan gaggeessinuuf ganama yeroo kabajuun akka argamtan isin beeksifna.Maatiinis kanuma beekuun sarvisiin ykn konkolaataan isaanii sa'aatii 6:30tti akka fuudhee deemu itti himuu qabdu.

Hub: Barattootni KG1 hanga KG3 jiran guutummaa toban kana hin dhufan waan ta'eef maatiin barattoota KG torban kana akka hin ergine cimsinee isin hubachiifna.

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

14 Sep, 13:56


Guyyaa 04/01/2017
Beeksisa

Barattootaa fi maatii barattootaa kutaa 1ffaa hanga 8ffaa jiran hundaaf

Barattootni mana barumsaa keenyaa taatan hundi kibxata gaafa guyyaa 06/01/2017 ganama sa'aatii 2:30 irraa kaasee hanga sa'aatii 6:30 tti isin waliin marii waan gaggeessinuuf ganama yeroo kabajuun akka argamtan isin beeksifna.Maatiinis kanuma beekuun sarvisiin ykn konkolaataan isaanii sa'aatii 6:30tti akka fuudhee deemu itti himuu qabdu.

Hub: Barattootni KG1 hanga KG3 jiran guutummaa toban kana hin dhufan waan ta'eef maatiin barattoota KG torban kana akka hin ergine cimsinee isin hubachiifna.

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

14 Sep, 13:32


የሞልድ በዓል ነገ መሆኑ ስለተረጋገጠ ሰኞ በ6/01/2017 ዓ/ም ትምህርት ይጀምራል ። በዚህም መሠረት : -
1) ለሁሉም ተማሪዎች ጥር
ይተላለፍ ።
2) በደመቀ ሁኔታ የተማሪዎች አቀባበልና የችቦ ማብራት ስነ ስርዓት ይከናወናል ።
3) በስቶር ውስጥ ያለውን የት/ት ቁሳቁስ ለተማሪዎች የሰጥ ።
4) ተማሪዎችን ወደ አዳራሽ በማስገባት
4.1) በተማሪዎች ውጤት ትንተና
4.2) በተማሪዎች ድስፒልን መመሪያ
4.3)በሂሳብና በእንግሊዘኛ ት/ቶች ስትራትጃክ እቅድ ዙሪያ ውይይት ይደረጋል፡ ፡

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

14 Sep, 13:25


Guyyaa 04/01/2017
Beeksisa

Barattootaa fi maatii barattootaa keenyaa hundaaf

Barattootni mana barumsaa keenyaa taatan hundi kibxata gaafa guyyaa 06/01/2017 ganama sa'aatii 2:30 irraa kaasee hanga sa'aatii 6:30 tti isin waliin marii waan gaggeessinuuf ganama yeroo kabajuun akka argamtan isin beeksifna.Maatiinis kanuma beekuun sarvisiin ykn konkolaataan isaanii sa'aatii 6:30tti akka fuudhee deemu itti himuu qabdu.

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu Sad.1ffaa Lakk.1

10 Sep, 16:53


Congratulations !!!