Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC @ijoollee_mana_kiristaanaa Channel on Telegram

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

@ijoollee_mana_kiristaanaa


Channel kana keessatti;

• Faaruuwwan
• Barumsa
• Qo'aannaa Kitaabolee Qulqullaa'oo fi k.k.f ni argattu

Join taasisaa!

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC (Afan Oromo)

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC yeroo kanatti kan jaalatan; Kiristaana fuula kaayoo isaa waliin jiraata. Kan dura addaddaan keenya, ija hundaa waliin jiraachun barumsa, qo'aannaa Kitaabolee Qulqullaa'oo fi k.k.f argateera. Kanaafi, sabboontootni haaraa waan barattoota qulqulleessaa cufamee, ijoollee Kiristaanaa gara fuula isaa hin ijaaramneefi. Kan godinaalee Oromiyaa fi Naannoo Kiristaanaa jiruufi ayyaana kaayyoo irraa kan tajajiluuf na gargaara. Kan abbaa dhuunfaa harkaa hundaa ijoollee isa jirtuu, akkasumas kan sabboontu isaa fanisoonni isaa faaruu hundaan ta'a. Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC itti gaafatamaa jiru kun, akkuma isinitti ta'ee qindeessoo fi hojjattoota ittiin dassaalaa ta'usafuu. Kanumaan akka Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC hundaatti argamsiisuuf, isaafi barattoolee keenya ittiin dabalatee osoo hin taane, haasawaa fi gaaffii qabsoo ittiin fufanii. Kana booda, Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC kanneen akka gara takkaatti beeku qabnuufi. Kanaafuu, kanneen hundee Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC dhaabichaa hin jiru. Kanaaf, kuni akkuma isiniif ta'ee qindeessoo fi hojjattoota ittiin dassaalaa ta'usafuu. Kana jechuun ni argama. Torban Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC akka walii galan itti fufan, kanneen ilmaan Oromoo yeroo itti qaban hundaa kan barattoolee seenan. Join taasisaa!

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

23 Nov, 14:14


Ergamoota

Kutaa 2ffaa

• Hojiin Ergamootaa maal maalidha?
• Ergamoonni maal maal irratti muudaman?
• Ergamoonni iddoo meeqatti qoodamu?
• Ergamoonni baay'inni isaanii hangami?
• Ergamoonni magaalaa meeqatti qubatan?
• Waa'ee Ergamootaa kitaabni Qulqulluu maal jedha?

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Ergamootaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/45k5POy
https://bit.ly/45k5POy

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

22 Nov, 17:31


𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹

𝗕𝗮𝗴𝗮 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗬𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹 𝗻𝗮𝗴𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻!

𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹

𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?

𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?

𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝘒𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯𝘪𝘪𝘧𝘪 𝘬𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯 𝘣𝘪𝘳𝘰𝘰 𝘸𝘢𝘢'𝘦𝘦 𝘘𝘶𝘭𝘲𝘶𝘭𝘭𝘶𝘶 𝘙𝘶𝘧𝘢𝘢'𝘦𝘦𝘭 𝘭𝘪𝘯𝘬 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘵𝘶𝘲𝘶𝘶𝘯 𝘥𝘶𝘣𝘣𝘪𝘴𝘢𝘢!

👇👇👇

https://bit.ly/3Fp3eWw
https://bit.ly/3Fp3eWw

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

22 Nov, 15:36


Sadaasa 13

Baga guyyaa yaadannoo Ergamootaa nagaadhaan geessan!

Ergamoota

Kutaa 1ffaa

• Ergamoota jechuun maal jechuudha?
• Ergamoonni iddoo meeqatti qoodamu?
• Ergamoonni baay'inni isaanii hangami?
• Ergamoonni magaalaa meeqatti qubatan?
• Waa'ee Ergamootaa kitaabni Qulqulluu maal jedha?

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Ergamootaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3ByqbG8
https://bit.ly/3ByqbG8

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

21 Nov, 17:08


𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥

Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!

𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?

𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?

𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3Om035R
🔗 https://bit.ly/3Om035R

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

21 Nov, 13:27


Sadaasa 12

Baga guyyaa yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!

• Akka Mana Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidootti sadaasni 12 maalif kabajama?

Link kana tuquun guutummaa isaa dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/3AUzzY6
🔗 https://bit.ly/3AUzzY6

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

21 Nov, 12:16


🌟Join our cryptocurrency community now and get 50 USDT registration experience for free!
🌟Limited time benefits, seize the opportunity!
🌟We will share the latest and most accurate cryptocurrency market trends and investment advice with you every day to help you easily grasp investment opportunities. There
🌟are rich professional exchanges and practical sharing in the exclusive community group, providing you with one-stop cryptocurrency investment support. Hurry up! The number of places is limited, join and enjoy the benefits!
🔗https://lihi.cc/Ubwrc
Click the link to join the community and receive 50 USDT registration experience!

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

21 Nov, 05:11


«Room Akkan Daawwadhetti» B/saa Biraanuu Goobanaatiin

Kaataakoomb jechuun maal jechuudha?
Fakkiiwwanii gosoonni Awwaalaa Kaataakoomb keessa turan kan akkamiiti?
Koloosiyaam maalidha? eessatti argama? Mootonni Room durii maalif itti fayyadamu ture?
Kaataakoomb eessa eessatti argama? Kiristaanonni durii Kaataakoomb maal maalif fayyadamaa turan?
Kiristaanonni durii Kaataakoomb seenuun maalif isaan barbaachise?
Iddoon Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluu Phaawuloos itti Wareegamummaan boqotan hardha maalirra jira?
Room durii fi hardha maal fakkaatti?

Barnoota ajaa'ibaa kana hundumti keessanuu dubbisuun Kiristaanummaa haala akkamiin Room keessatti akka Lallabamte hubadhaa! hiriyoota keessaniifis qoodaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3BakICM
https://bit.ly/3BakICM

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

20 Nov, 15:07


Baga Ayyaana Guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yaareediin nagaan geessan!

Qulqulluun Yaareed Eenyudha?
Bu'aan Qulqulluun Yaareed Mana Kiristaanaa Itoophiyaatiif buuse maali?
Qulqulluun Yaareed Abuna Aragaawwii waliin walitti dhufeenya akkamii qabu ture?
Fannoon harkaa Qulqulluun Yaareed ittiin eebbisaa turan hatamee ture amma eessa jira?

Suurri kanaa gadi jiru suura fannoo harkaa Qulqulluu Yaareed hatamee ture agarsiisudha.

Kanneenii fi kanneen biroo blog keenya irra galuun dubbisaa! Link kanatti aanee jiru tuqaa!

👇👇👇


https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/qulqulluun-yaareed-eenyudha.html

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

19 Nov, 15:46


Gaaffilee Kitaaba Qulqulluu ykn Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu bifa gaaffii fi deebiitiin link kanaa gadi jiru tuquun kutaa 1ffaa irraa kaasuun dubbisaa!

Kutaa 1ffaa

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3F1j0qf
https://bit.ly/3F1j0qf

Kutaa 2ffaa

👇👇👇

https://bit.ly/3441aW0
https://bit.ly/3441aW0

Kutaa 3ffaa

👇👇👇

https://bit.ly/3emXdOd
https://bit.ly/3emXdOd

Kutaa 4ffaa

👇👇👇

https://bit.ly/32UlIQ9
https://bit.ly/32UlIQ9

#Share taasisuu hin dagatiinaa!

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

17 Nov, 15:27


Sadaasa 8 : Baga guyyaa yaadannoo ayyaana Bineensota Arfan (ዐርባዕቱ እንስሳ) nagaadhaan geessan!

Koochoowwan isaanii meeqa?
Maal maaliin fakkeeffamu?
Tajaajilli isaanii maal maalidha?
Iji isaanii meeqadha? maalif isaan fayyada? Koochoon isaanii hoo?
Kitaabni Qulqulluu hoo maal jedha?
Biyya keenya keessatti Manni Kiristaaanaa isaanii eessa eessatti argama?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! barnoota barbaachisaa waan ta'eef hundumti keessanuu dubbisaa! Share waliif taasisaa!

👇👇👇

Kutaa 1ffaa


https://bit.ly/2ZwLUij
https://bit.ly/2ZwLUij

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3CiHXw0
https://bit.ly/3CiHXw0

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

15 Nov, 06:08


Waa'ee Tsoomii Tsiggee Liinkiiwwan kanaa gadi jiran tuquun kutaa 1ffaa irraa kaasuun dubbisaa!

👇👇👇

🌻🌻🌻

Tsoomii Tsiggee Kutaa 1ffaa

https://bit.ly/3iTsNWn
https://bit.ly/3iTsNWn

Tsoomii Tsiggee Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3AJteZy
https://bit.ly/3AJteZy

Tsoomii Tsiggee Kutaa 3ffaa

https://bit.ly/3BvjphS
https://bit.ly/3BvjphS

Tsoomii Tsiggee Kutaa 4ffaa

https://bit.ly/3vDPByi
https://bit.ly/3vDPByi7

Tsoomii Tsiggee Kutaa 5ffaa

https://bit.ly/316e6sO
https://bit.ly/316e6sO

Tsoomii Tsiggee Kutaa 6ffaa

https://bit.ly/3CYseCA
https://bit.ly/3CYseCA

Dubbisaa!

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

14 Nov, 17:21


Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe!

Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha?
Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e?
Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama?

Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa!


https://bit.ly/3FJu1xe
https://bit.ly/3FJu1xe

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

14 Nov, 05:11


Sirna Uumamaa

Kutaa 3ffaa

Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin sirna Uumamaa kutaa 3ffaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2024/05/sirna-uumamaa3.html

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

13 Nov, 16:17


Sirna Uumamaa

Kutaa 2ffaa

Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin sirna Uumamaa kutaa 2ffaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

http://bit.ly/4b89C3z
http://bit.ly/4b89C3z

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

12 Nov, 16:16


Sirna Uumamaa

Kutaa 1ffaa

Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin sirna Uumamaa kutaa 1ffaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

http://bit.ly/3TUyhBE
http://bit.ly/3TUyhBE

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

12 Nov, 04:12


Qulqulluu Abuna Ewoosxaatewoos

Abbaan keenya Qulqulluun Abuna Ewoosxaatewoos eenyudha?
Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Abuna Ewoosxaatewoos
🙏 Abuna Ewoosxaatewoos fi Abuna Takla Haymaanoot
Raajiiwwan Abuna Ewoosxaatewoos taasisan fi deemsa isaanii
Boqonnaa fi guyyoota yaadannoo Abuna Ewoosxaatewoos

Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Qulqulluu Abuna Ewoosxaatewoos guutummaa isaa dubbisaa!


👇👇👇

https://urltiger.li/UAcmf
https://urltiger.li/UAcmf

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

11 Nov, 17:21


Qulqulleettii Kiristoos Samraa

👉 Haati keenya Qulqulleettiin Kiristoos Samraan eenyudha?
👉 Seenaa fi Qabsuura Qulqulleettii Kiristoos Samraa
👉 Ayyaanota yaadannoo Qulqulleettii Kiristoos Samraa

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qabsuura haadha keenya Qulqulleettii Kiristoos Samraa link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3wFUJUG
https://bit.ly/3wFUJUG

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

10 Nov, 05:52


Kabaja Ayyaana Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti

Ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajaman,
Ayyaanota ji'a ji'aan kabajaman,
Ayyaanota Gurguddoo fi Xixiqqoo Gooftaa saglan,
Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam 33'n fi Ayyaanota gurguddoo 5'n,
Guyyoota Wangeelaawwiiwwan fi Duuka bu'oonni itti yaadataman,
Guyyoota Qulqulloonni Saglan itti yaadataman,
Ayyaanota Tsooma Guddaa Gooftaa waliin wal qabatan,
Guyyoota Yaadannoo Abbootii, Luboota, Raajotaa fi Mootota Kakuu
Moofaa keessa turanii,
Guyyoota Abbootiin ykn Beektonni Mana Kiristaanaa Kakuu Haaraa Duuka Bu'oota booda ka'aan itti yaadataman,
Qulqulloonni Dubartoonni 36'n guyyoota itti yaadataman,

Kanneenii armaan olii Hundumayyuu iddoo tokkotti dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuqaa!
#Share taasisuu hin dagatiinaa!

👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/ayyaanota-yaadannoo-qulqullootaa-akka.html

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

09 Nov, 15:34


Baga guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nagaadhaan geessan!

Qulqulluun Yohaannis Cuuphaan eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/yohaannis-cuuphaa.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/yohaannis-cuuphaa.html

Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC

08 Nov, 15:12


Koorsiiwwan Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin karaa Blog keenya darbaa jiran hordofaa!

👇👇👇

Qulqulloota Kutaa 1ffaa

https://bit.ly/3BK3WLW
https://bit.ly/3BK3WLW

Tsoomii Tsiggee

https://bit.ly/3iTsNWn
https://bit.ly/3iTsNWn

Hiikoo Sirna Qiddaasee

https://bit.ly/3xvedKG
https://bit.ly/3xvedKG

Meeshaalee Qulqullaa'oo fi Iccitii isaanii

https://bit.ly/3rf5Wt9
https://bit.ly/3rf5Wt9

Barumsa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa waa'ee Iyyesuus Kiristoos

https://bit.ly/3Cg0Kar
https://bit.ly/3Cg0Kar

Hiikoo Andimtaa Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge

https://bit.ly/3DHedsV
https://bit.ly/3DHedsV

Hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos

https://bit.ly/3kQdMFT
https://bit.ly/3kQdMFT