Omn ijaa fi guraa umaata @oduuolimaaoromiyaa Channel on Telegram

Omn ijaa fi guraa umaata

@oduuolimaaoromiyaa


Omn ijaa fi guraa umaata (Afan Oromo)

Omn ijaa fi guraa umaata channel is a place where Oromo people come together to discuss important issues facing their community. With a focus on news, culture, and language, this channel serves as a hub for all things Oromo. From current events to traditional practices, members of this channel have the opportunity to engage in meaningful conversations and connect with others who share their heritage. Whether you are looking to stay informed about the latest developments in Oromia or simply want to connect with fellow Oromo speakers, this channel is the perfect place to do so. Join Omn ijaa fi guraa umaata today and become a part of this vibrant and supportive community!

Omn ijaa fi guraa umaata

14 May, 12:12


#Injibara_University

እንጅባራ ዩኒቨርሲቲ የ2014 ዓ.ም አዲስ ገቢ ተማሪዎችን ለመቀበል ዝግጅት ማጠናቀቁን ገለጸ፡፡

ዩኒቨርሲቲው ከ3 ሺህ በላይ አዲስ ገቢ ተማሪዎች በትምህርት ሚኒስቴር ተመድበውለታል።

የአዲስ ገቢ ተማሪዎች መግቢያ ከግንቦት 09 እስከ 11/2014 ዓ.ም እንደሆነ መገለጹ ይታወሳል።

ተማሪዎች እንጅባራ ከተማ መናኸሪያ ሲደርሱ ወደ ዩኒቨርሲቲው የሚወስዱ አውቶብሶች መዘጋጀታቸው ተገልጿል።

@fresh_handouts
@fresh_handouts
@freshm_students

Freshman video tutor on YouTube 👇👇👇
https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw.

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


News

Naamoonni haala ibsa HD jaal Dawud Ibsaa irratti qabaman gad lakkifaman.

@OMN_tv1

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Gochaan duguuggaa hammeenya oromoo fi oromiyaa irratti fudhacha jirtan bor seenaan isin gaafata.

#share

@OMN_tv1

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Seenaan in dubbata!

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Bagaa Ayyaana Irreechaa bara 2013 nagaan gessan

እንኳን ለ2013 የሆራ ፊንፊኔ እና የሆራ አርሠዲ ኢሬቻ በዐል በሠላም አደረሳችሁ፡፡ በዐሉ የፍቅር የሠላም የአንድነት የመቻቻል እንዲሆንላችሁ እንመኛለን፡፡

መልካም በዐል

Happy Irreechaa Holiday For All Ethiopians And Oromo's

@Oromonews
@Oromonews

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Ibsa QBO
~~~~~~~~~~~

Ibsa QBO Naqamtee kabajuun Hawwaasni keenya
magaalaa Naqamteef naannoo ishii jiraattan Gadda
Obboloota keenya Mootummaan abbaa irree kun
gara jabinaan ajjeesee kanaaf Mormii qabdaniif
gadda keessan Bifa qindawaa ta'eef Hafuura
Tokkummaa of keessaa qabuun Guyyaa lamman
kana yeroo Ulfaataa waan nu waliin dabarsitaniif
Galanni keessan bilisummaa haa ta'u jenna.
Dabalataan Qeerroon Magaalaa Naqamtee
hirmaannaa Obboloota keenya kufan bakka isaan itti
gatamanii barbaaduu, kafanuu, kabaja itti gochuun
hanga sirna geggeessaa Xumuraatti Deeggarsa
barbaachisaa waan gootaniif galanni keessan
bilisummaa haa ta'u jenna. Dabalataan Qeerroof
Qarreen, Abbootiin Harmootiin keenya bifa qinda'een
mormii qabdan ibsattanii kallattii hedduunis
manneen daldalaa keessan cufuun, qabeenya
keessan dhaabuun, ajjeechaa mootummaan abba
irree kun ol edeemtota kana irratti fudhate kanaaf
mormii qabdaniif Gadda isinitti dhagaa'ame
ibsachuun Isin waliin jirra jechuun nu waliin jiraachuu
keessan hojiin waan mirkaneessitaniif galanni
keessan bilisummaa haa ta'u jenna. Guyyaa borii
16/02/03 irraa eegaluun hojii idilee keessanitti
deebi'uu akka dandeessaniif Mormii mootummaa
kanaaf qabdan kallattii jirtan maraan akka
calaqisiistan jechaa Aarsaa hanga harraatti
kafaltaniif Ulfaadhaa firiin dadhabbii keessanii
bilisummaa haa ta'u jenna. Gara fuula duraattis
Humna jabaa eenyu illee dura dhaabbachuu hin
dabdeenyen nun ilmaan keessan gaachana isiniif
taane kabaja akka isinitti horru waadaa isiniif ni
seenna. Wareegamtootaa aarsaa dhumaa kafalan
maraaf lubbuu isaanif jannata hawwina. maatii
wareegamtoof Uummata Oromoo maraafis
akkanuma. Nuun Gumaa ni baafanna, Injifannoo
dhugaas ni galmeessifna.
Walumaa galatti Hawwaasni keenya Magaalaa
Naqamteef naannoo ishee Uummatni Oromoo
martinuu Jaalalaaf Kabaja Guddaa nuuf Qabdan
Tokkummaa jabaa ta'een Waamicha QBO kabajuun
Guyyaa laman kana dirqama Oromummaa keessan
baatanii jirtu. Rabbi Isin haa kabaju Ilmaan
keessaniif Jaalala Guddaa qabdanis muliftanii jirtu.
Kanneen mataa jabaachuun dhiiga Qeerroo keenya
irra tarkaanfataniis ni jiru isaaniin seenaf dhiifne.
Gara Qabsoo keenya fuula duraatti nu ilaallatu irratti
ha xiyyeeffannu. Haqa Qabna, ni falmanna, ni
injifanna. Jaallan Qabsoo aarsaa dhumaa kafalan
kunneenis Seenaan isaanii barabaraan Laphee
Oromootaa keessatti Chaappefamee jiraata.
GG Kan kufe biyyaaf kufe kaayyoon isaanii galma ni
ga'a. Qabsoon keenya itti fufa.
Gumaan ni baati.
Nagaatti Jajjabeekoo.
Seenaan isin yaadata!
QBO Naqamtee irraa.

@OMN_tv1
@OMN_tv1

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Bagaa bara harawa 2013n isin gahe jecha bari bara bilisuma itti gonfanu nu ha tahu jecha ani kan erga kana isinif erge jirta G/H/B maga harmaaya irrahi galatoma wari OMN isin jalaana isin kabanya isin fenaa i love you OMN ija fi guura kenyaa

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Join godhaa👍

https://t.me/joinchat/AAAAAEsPkF2BxpM-j0mK9A

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


🌻Baga ayyaana waggaan isin gahee🌼🌼🌼
Ayyaanni kun kan:
🌻Nagaa
🌻Jaalalaa
🌻Badhaadhinaa
Isiniif haa ta'u.

🌸🌻Alemu Abdisa🌻🌻
🌸🌸🌸The Boss🌺🌺🌺

📩Inbox @Alemu24

@Oromonews
@Oromonews

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Uuuuuuuuuuiiii
Haaceeen rasaaasaan rukutamuu hin oolu.
Oromoooo qopha'i

@Oromonews

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Ibsa Biiroo Barnoota Oromiyaa⬇️

Ejensiin Qorumsaa fi Madaalliin Firii Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa Kan bara 2011 ifoomsuun isaa ni yaadatama. Haa ta'u malee firii qormaataa ifoome keessumaa kan naannoo keenyaan walqabatee odeeffannoon adda addaa karaa miidiyaa hawaasaa akka deemaa jiru ifaadha. Firiin qormaataa biyyoolessaa ifoome kun sadarkaa ejensichaatti malee baay'ina barattootaa naannoleen qabaniin naannoleef akka hin ergamin jiru ifa dha.

Haa ta'u malee firii qormaata bara kanaan walqabatee waan ejensichi ifoomse naannoleen gaaffii akka kaasan taasiseera. Gaaffii naannoleen kaasan kana immoo ejensichi fudhatee qulqulleessaa jira. Waan kana ta'eef, waan akka qulqullaa'uuf ejensichi gaafatame dabalatee firiin barattoota keenyaa tokko tokkoon yeroo qaqqabutti Biiroon Barnootaa Oromiyaa hawaasa keenyaaf ibsa akka kennu hubachiisa.

Kanaan alatti ololli adda addaa miidiyaa hawaasaan oofamaa jirurraa of qusachuun barbaachisaadha. Fkf Firii amma ejensiin qormaata biyyoolessaa ifoomse kana irraa ka'uun barnoota naannoo keenyaa irratti ololli oofamaa jiru:
• Barnootni naannoo keenyaa kufeera,
• Yeroo qorumsi kennamaa turetti barattoota naannoo keenyaa irratti eegumsi cimsanii kan naannoo biroo gad furan kan jedhuu fi yaadotni kkf hundi dhugaa irraa kan fagaatanii fi yaadotni akkasii ofumaaf iyyuu aggaammii ta'uu hubachuun barbaachisaadha. Sababiin isaa dubbii qorannoon adda hin ba'inii fi dhimma ifooma firii qormaata ejensiin baaseen walqabatee ololli naannoo keenya irratti oofamu kamiyyuu fudhatama kan hin qabneedha.

Biiroo Barnootaa Oromiyaa

@OMN_tv1

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


🅰🅱🅾 #Jaal liban

Beekaa beekaan olii#
Dhangaa jiruukootii
soora eenyummaakoo
barkuma naaf buli
jiraadhu jooraakoo
qalbiikoo mancaate
walitti naaf qabdee
jeeqamaa miirakoo
argitee hubattee
dawaa ogummaakeen
daftee qaqqabatte
Qomookoo yaa firaa
Anoo siifan jira
Osooti hin jiraannees
Jiruu maaliin jira
gidiraan sabakoo
beektota dhabiisa
wadaroon gabrummaa
nurraa cituu didee
darabee wal furee
hangarraa nu harkisa
Jabaadhu jabduukoo
Anis nan jabaadha
kaayyookoo ganamaa
galmaan osoo hinga'in
hin ilaalu duubakoo
Hangan siif jirutti
Atis naaf jiraadhu
Gaafan lubbuun du'us
bakkeetti bineensaaf dabarbattee nan gatin
imimmaankee roobsii
bo'iitii na awwaalladhu
Jaal Liiban Gadaatiin!!

@OMN_tv1

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Breaking News
££££££££££££

Eejansii
Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa
qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa
ifoomse.
Eejansichi bara 2011 barattoonni miiliyoonni 1.2
ol qormaata kutaa 10ffaa fudhachuu ibseera.
Barattoota qormaataman keessaa 682,572
dardarran, 572,997 ammoo shamarrani.
Kanneen keessaa 894,318 idileedhan, 354,782
dhuunfadhaan, 6,469 galgala barnoota isaanii kan
hordofanidha.
Qormaatamtoota keessaa %75.5 qabxii 2 fi sanaa
ol kan fidan yammuu ta'u, kuma 10 ol kan ta'an
ammoo 4 fidaniiru.
Daayreektarri olaanaa eejansichaa obbo Araayaa
G/igzi'aabheer akka jedhanitti, lakkoofsi
barattoota qabxii 2 fi sanaa ol galmeessisanii kan
bara darbee ni caala.
Bara darbe 2 fi lamaa ol kan galmeessisan %71
ture.

Maddi: FBC

@Oromonews
@Oromonews

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


Baga bara ⓶🅾❶⓷ isin gahe.

Ergaa baga ittiin isin gahee dabarfachuuf:

@Alemu24
@Alemu24 irratti nuuf ergaa.

🏵Happy New Year🏵

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:35


#Scholastic_Aptitude

Qabxiin dogoggoraa ture sirreffamaa jira. Barattoonnis amma irraa eegalee firii keessan akka irra deebitanii mirkanneeffataan.


@OMN_tv1
@OMN_tv1

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:33


Channel photo updated

Omn ijaa fi guraa umaata

13 Dec, 19:29


Channel name was changed to «Omn ijaa fi guraa umaata»

Omn ijaa fi guraa umaata

08 Dec, 13:18


Channel photo updated

Omn ijaa fi guraa umaata

08 Dec, 13:15


Channel created