Karam Tamaam ከረም ተማም @kerimofficial Channel on Telegram

Karam Tamaam ከረም ተማም

@kerimofficial


Haqni Ummata Keenyaaf; Nageenyi Biyya keenyaaf; Bilisummaan Hunda keenyaaf...!

ፍትሕ ለህብረተሰባችን; ሰላም ለ ሀገራችን; ነፃነት ለሁላችን...!

✍️ any idea put here📩 @LawyerK_bot

Karam Tamaam ከረም ተማም (Amharic)

በተመለከተ ዋጋ እንደምንቀረው እና እንደምንደርስው የአስተዳደር ደጋፊዎች በእኛ ላይ አሉ! Karam Tamaam ከረም ተማም ከሀገራችን ውስጥ የተሰማለትን ውይይት በግምት ያድርጉ፡፡ እንዲህ እንዲሉ በመጣል ከታማ እና ሀገራችን የተገኘ ስለ አዲስ እንዞች እና የተክለ ምስል ስለ ሌሳየሁ አፕሊኬሽኖን ማቅረብ ማድረጉ እንዲችሉ ናቸው፡፡ ስለዚህ መንክሮ ለእኛም አስተዳደር ማህበረሰብ እያንዳንዷ እንደምንቀረው እና እንደምንደርስው መንክሮ መስመር ነው፡፡

Karam Tamaam ከረም ተማም

11 Nov, 16:07


በአንድ በወንጀል ተከሶ ጥፋተኛ የተባለው ሰው ወንጀሉን ስለመፈጸሙ ሙለ በሙለ ባላመነበት ሁኔታ በከፊል ማመኑ ብቻ ራሱን ችሎ እንደ አንድ  የቅጣት ማቅለያ ሊወሰድለት አይገባም።  ተከሳሹ ወንጀለን ስለመፈጸሙ ሙለ በሙለ ያመነ ባለመሆኑ በከፊል ማመኑ በቅጣት ፈቅደ ስልጣን ከግምት ሊገባ ከሚችል በቀር ራሱን ችሎ እንደ አንድ ቅጣት ማቅልያ ምክንያት ተደርጎ ሊወሰድ የሚገባው አይደለም፡፡  የወ/ህ/ቁ 82/ (1)ሠ 
የሰ/ዉ ቀጽ 18 መ/ ቁ 111006
Unless the accused admits all ingredients of charge, partial admission of charge shall not taken as the general extenuating circumstances based on article 82(1)(e) of criminal code.

Cassetion decision vol 18, no 111006

Himatamaan himataa isa irratti dhiyaate guutumaa guutuutti yoo amane malee himata isa irratti dhiyaate wolakkaa qofa amanuun bu'uura seera yakkaa kwt 82(1)(e) tin akka yaada adabbii salphisuu tokkotti fudhatamuu hin qabu.
Murtii DHI Jild 18ffa LG 111006

Karam Tamaam ከረም ተማም

11 Nov, 16:05


Leenjii Qajeelfama Adabbii(Dhimmoota Qabatamaa)_Bara 2017
BY Elias Kasa. https://t.me/temeslaw

Karam Tamaam ከረም ተማም

05 Nov, 09:56


Haqa jallisuun cubbuu qofa miti dantaa jiraachuuf jiraachuu dhabuu tahuutti hubatamuu qaba.
Haqni yoo jallatu iraa caalaan ummataa dabaan faalama
Haqaan malee haqanqalama waan taeef hunduu gahee isarraa eeggamu gama hundaan bahachuu qabaan ergaa keenya guyyaa har'aati

Karam Tamaam ከረም ተማም

05 Nov, 09:54


Namoonni noottii Birrii, nagahee fi sanadoota sobaa maxxansuun shakkaman to’ataman

Magaalaa Adaamaatti namoonni noottii Birrii, nagahee fi sanadoota sobaa maxxansuun shakkaman to’atamaniiru.

Shakkamtoonni Anuwaar Alamaayyoo fi Imaam Sa’iid jedhaman eeyyamaa utuu hinqabaatiin mana maxxansaa banuun hojii seeraan alaa kana hojjechaa turuun ibsameera.

Haaluma kanaan kompiwuutaroota fi piriintaroota hojii seeraan alaa ittiin hojjechaa turan dabalatee noottii Birrii, nagahee fi sanadoota sobaa dhaabbilee garaagaraa maxxanfaman to’atamuun ibsameera.

Shakkamtoota to’atamanirrattis qorannoo gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Karam Tamaam ከረም ተማም

04 Nov, 09:17


Freedom of expression and assembly are essential rights for Human Rights Defenders. Let’s stand together to protect these freedoms and support those who advocate for justice. #FreedomForHRDs #Ethiopia

Karam Tamaam ከረም ተማም

01 Nov, 09:23


Dambiilee,Qajeelfamoota Fi Maanuwaalii Manneen Murtii Oromiyaa iddoo tokkootti qindaa'e chaanaalii Koo irratti.
1.KOODII NAAMUSA ABBAA SEERUMMAA ABBOOTII SEERAA MANNEEN MURTII 
OROMIYAA, DAMBII LAKK. 01/2011 
2. DAMBII NAAMUSA ABBOOTII SEERAA MANNEEN MURTII OROMIYAA FOOYYA’EE BAHE  LAKK. 02/2011 
3. DAMBII SIRNA ITTI GAAFATAMUMMAA NAAMUSA ABBOOTII SEERAA MANNEEN MURTII  OROMIYAA FOOYYA’EE BAHE DAMBII LAKK. 03/2011 
4. DAMBII BULCHIINSA ABBOOTII SEERAAFI MUUDAMTOOTA MANNEEN MURTII  OROMIYAA IRRA DEEBIIN FOOYYA’EE BAHE, LAKKOOFSA 07/2012
5. DAMBII BULCHIINSA OFIISAROOTA SEERAA MANNEEN MURTII OROMIYAA LAKK.4/2012
6. DAMBII GURMAA’INSAA FI HOJIMAATA DHADDACHA MANNEEN MURTII  OROMIYAALAKK. 06/2011 
7. DAMBII SIRNA WALGAHII GUMII BULCHIINSA ABBOOTII SEERAA OROMIYAA LAKK  05/2011.
8. QAJEELFAAMA SIRNAA FI HOJIMAATA KOREE BULCHIINSAA MANNEEN  MURTIIOROMIYAA, QAJ. LAK. 8/2012.
9. QAJEELFAMA SIRNA BULCHIINSA DHANGALA’A DHIMMAA MANNEEN MURTII  OROMIYAA LAKK.1/2010 
Fi kanneen biroo

Karam Tamaam ከረም ተማም

30 Oct, 07:55


UPDATES...

Karam Tamaam ከረም ተማም

30 Oct, 07:55


Labsii Haaraa Bulchiinsa fi itti Fayyadama lafaa Federaalaa lakk1324/2016

Karam Tamaam ከረም ተማም

30 Oct, 07:30


#ULFAADHU 🙏
Kabajamoo A/de Saaraa Mulugeetaa Boorana Bahaa, Aanaa Liban irraa deeggarsa obboleettii keenyaf owwaattee jirti🤌🙋 Horii buli obbolee💕🙋

Karam Tamaam ከረም ተማም

30 Oct, 07:30


#GALATOOMI 🙏
Kabajamoo A/de #Caaltuu_Hasan🤌 BAAWO tti itti gaafatamtuu Waajjira boordii dhiifama fi dareektara dareektoreeti mirga namoomaa kan taate🙋 waamicha deeggarsa obboleettii keenyaf owwaattee jirti 🤌 Horii buli🙏

Karam Tamaam ከረም ተማም

30 Oct, 07:30


#Ulfaadhu 🙏 Sifen Ejeta
Dubaartiin garalaafummaan ishee hunda keenyaaf fakkeenyaa tan rakkina kam keessattu deeggarsaan dhabamtee hin beekne Kabajamtuu Haadha Murti godina magaalaa Adaamaa fi leenjistuu tiyya #Leensaa_Siinqee ( Sifen Ejeta) aniis Obboleetti teenyaaf nan jira jechuun nan jira jechuun gumacha ishee gootee jirti. waan ofii galatoomi jennaan
Nagayaa fi fayyaa hin dhabin 🙏

Karam Tamaam ከረም ተማም

30 Oct, 07:30


#GALATOOMI 🙏
Kabajamtuu A/de #Radi'eet_Baqqalaa Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Bishooftuutti Abbaa Adeemsa HH kan taate waamicha deeggarsa obboleettii keenyaf owwaattee jirti🤌 Horii buli qaxalee teenya 🙋

Karam Tamaam ከረም ተማም

30 Oct, 07:30


#GALATOOMAA 🙏
Kabajamoo Obbo #Fiqaaduu_Mokonnin🤌 BAAWO tti, Dareektera dareektoreetii dhimmoota YMM Yoo ta'an, deeggarsa obboleettii keenyaf owwaatee Jira 🙋 Horii buli qaxalee koo 🫵🤌🙋

Karam Tamaam ከረም ተማም

28 Oct, 08:21


📢 Call for Trainers!
EHRCO is seeking a qualified consultant to lead a capacity-building training for our staff. If you have expertise in human rights and training facilitation, check out the Terms of Reference (TOR) and apply to join our mission in promoting human rights in Ethiopia.
📄 Read the full TOR

Karam Tamaam ከረም ተማም

27 Oct, 16:28


Kireessaaf kireeffataan wayta manni jireenyaa kireeffamu kamiyyuu galmeeffamu guuttachuu kan qaban:-
1. Kireeffataaf kireessaan sanada waliigaltee akkaataa seerri ajajuun qophaa'een waliigaltee waliif mallatteessuu
2. Waraqaa eenyummaa, w.eenyummaa bakka hojii, eeyyama konkolaachisummaa, paaspoortii, eeyyama abukaatummaa, w.eenyummaa yunibarsitii ykn kkf kooppii kan kireessaa fi kireeffataa
3. Waliigaltichi kan galmeeffamu bakka bu'aadhaan yoo ta'e bakka bu'iinsa seera qabeessa ta'e; w.eenyummaa ragoota nama lamaa kooppii isaa

4. Kireessaan mana jireenyaa jedhame kireessuuf mirga qabaachuu sanadni seeraa agarsiisu:-
- Kaartaa A/qabiyyummaa
- Murtii M.M (kenna mirk, dhaala, falmii jeequmsa qabiyyee, falmii a/qabiyyummaa, ajaja qabeenyichi akka gurguramu mmtiin kenname....kkf)
- kkf
Haadhoo fi koppii qabatanii argamuu qabdu

Biiroo hoggansaa gi misooma manneenii B.M. Finfinnee

Karam Tamaam ከረም ተማም

27 Oct, 16:28


ማንኛውም የመኖሪያ ቤት አከራይና ተከራይ በምዝገባ ወቅት ማሟላት ያለባቸው👇

👉በህግ አግባብ የተዘጋጀ የመኖሪያ ቤት
    ውል ሰነድ

👉የአከራይና ተከራይ የነዋሪነት መታወቂያ ፣ የመስሪያ ቤት መታወቂያ ፣ መንጃ ፍቃድ ፣ ፓስፖርት ፣ የጠበቃ ፍቃድ ፣ የሰራተኞች ጡረታ መታወቂያ ፣ የዩኒቨርሲቲ ወይም ኮሌጅ ተማሪ የሙያ ስራ ፍቃድ ኦርጅናል ኮፒ ፤

👉የመኖሪያ ቤት ውሉ የሚመዘገበው በወኪል ከሆነ ህጋዊ ውክልና የሁለት ምስክሮች የታደሰ መታወቂያ ኦርጅናል ኮፒ፤

👉አከራይ የመኖሪያ ቤቱን ለማከራየት የሚያስችል መብት እንዳለው የሚያሳይ ህጋዊ ሰነድ :-

    - የይዞታ ማረጋገጫ ካርታ

    -  ሰነድ አልባ ይዞታዎች መሆኑን    
      ከሚመለከተው አካል ማስረጃ ወይም

   - በፍርድ አፈፃፀም የተሸጠ ንብረት  
    ሰነድ ወይም

    - የተከራየው ቤት በውርስ የተገኘ ሆኖ
     ስም ዝውውር ካልተፈፀመ የወራሽነት
     ማረጋገጫ

ኦርጅናል እና ኮፒ ይዘው  መገኘት አለባቸው

የአዲስ አበባ ቤቶች ልማት እና አስተዳደር ቢሮ

Karam Tamaam ከረም ተማም

27 Oct, 16:24


Iskeelii Mindaa Siviil Sarvaantii Haaraya ji'a onkololeessaa bara 2017 irraa eegalee hojiirra oolu.

https://t.me/KerimOfficial

Karam Tamaam ከረም ተማም

27 Oct, 12:13


GAME tibbanaa keessaa hin dhabnu jenneema ilaaluutti jirra
"Waan baraa hin beeynuu barree lafa ha keenyu" jedhani mitii?
Egaa Mee isinis ilaalaa kan baasu yoo tahe fayyadamaa kan nyaatu yoo tae walii keenya wal dhowwina
1ffaa👇seensashee
t.me/seed_coin_bot/app?startapp=1227798356

2ffaa
https://t.me/blum/app?startapp=ref_B5UKrD8aWk

3ffaa
https://t.me/major/start?startapp=5745033852


LAFA NAGAA OOLAA

Karam Tamaam ከረም ተማም

26 Oct, 14:46


Women Human Rights Defenders are on the frontlines, facing immense challenges while standing up for justice and equality. Their courage and resilience inspire us to keep pushing for a world where women’s rights are protected and their voices are heard. Let’s unite to support and protect WHRDs in #Ethiopia and beyond. #StandWithWHRDs

SOURCE:- Ethiopian Human Rights Council telegram page
--------------------------------------------
🔑 🔑
Karam T. ከረም ተ.

Karam Tamaam ከረም ተማም

25 Oct, 09:53


#አዲስ_ውሳኔ ⚖️ #MURTII_HAARAWA
አንድ ሰው ወራሽ ስለመሆኑ ህጉ በሚፈቅደው ጊዜ ቢያረጋግጥም ውርስ እንዲጣራ ካልጠየቀ በይርጋ የሚታገድ ስለመሆኑ እና የወራሽነት ማረጋገጫ የምስክር ወረቀት በጊዜ መያዝ ይርጋን እንደማያቋርጥ የሰበር ውሳኔን በመሻር በሰባት ዳኞች የተሰጠ ውሳኔ ነው።

Namni tokko dhaalaa ta'uu isaa yeroo seerri kaa'e keessatti mirkaneeffatullee dhaalli akka qulqullaawu yoo hin gaafanne xalayaa ragaa dhaaltummaa darbiinsa yerootiin akka addaan citu murteessee jira.

Karam Tamaam ከረም ተማም

24 Oct, 09:35


Gargaarsi obboleettii keenya ogeettii cimtuu dhibamtee ciisaa jirtu ABBAA ALANGAA keenyaaf gumaachi godhamaa jiru cimee itti fufeera.
SAARAA HASAN, haadha qabeenyaa!
Galatoomi

Karam Tamaam ከረም ተማም

21 Oct, 18:13


Ramaddii Gargaartota Abbaa Seeraa
-----------------------
(Onkoloolessa 11,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gargaartota Abbaa Seeraa hundaaf-Ramaddii kan isiniif maxxansine ta'uu beeksisaa, bu'aa medikaalaa fi ashaaraa qabattanii bakka itti ramadamtanitti yeroon argamuun gabaasa akka gootan ni hubachiifna.

Karam Tamaam ከረም ተማም

19 Oct, 19:44


1️⃣.Dambii Sirna Raawwannaa Naamusaa fi Dhiyeeffannaa Komii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.36/1996,
2️⃣.Labsii Hojjattoota Mootummaa Lakk.61/1995 Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.215/2011 tiin fooyya'e.
3️⃣.Labsii Lakk.76/1996.
4️⃣.Dambii Sirna Raawwannaa Naamusaa fi Dhiyeeffannaa Komii Hojjattoota Mootummaa Federaalaa Lakk.77/2002.
5️⃣.Qajeelfama Hundeeffama Koree Naamusaa Manneen Hojii Godinaalee,Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalotaa ilaalchisee gaafa 14/01/2003 irraa eegalee hojiirra oole.
👉Bakka tokkotti qindaa'an Pdf dhaan buufadhaa dubbisaa.

Karam Tamaam ከረም ተማም

19 Oct, 11:27


BAAWO irraa
Bweksisa Bu'aa qormaataa Kaadhimamtoota Abbootii Alangaa
Carraa Gaarii

Karam Tamaam ከረም ተማም

19 Oct, 04:54


ADDRESS:- MIZAN TEPI UNIVERSITY
Vacancy
B.Qacarrii
ክ.የስራ ማ.

Karam Tamaam ከረም ተማም

18 Oct, 17:29


Waamicha Qaxarrii
Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee