HADIISA📚 @hadithofficial Channel on Telegram

HADIISA📚

@hadithofficial


HADIISA📚 (English)

Are you interested in learning more about the teachings of Islam? Look no further than the HADIISA📚 Telegram channel! This channel is your go-to source for authentic Hadiths, providing you with valuable insights and wisdom from the Prophet Muhammad (PBUH). The username 'hadithofficial' signifies the official nature of the content shared on this channel, ensuring that you receive reliable information you can trust. Whether you are a seasoned follower of Islam or simply curious to learn more about its teachings, HADIISA📚 is the perfect platform for you. Join us today and embark on a journey of spiritual growth and enlightenment through the Hadiths.

HADIISA📚

16 Feb, 03:48


*|[ hin gaabbin niis hin gaddin. Wanta si darbe san keessa kheeyriin siif jiraachuu dhabuutu Mala. ]|*.

Sheikh Ibn Useeymiin -Rahimahullaah

📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 12 ]
#NourTweet

HADIISA📚

15 Feb, 17:44


«Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu»ღ

Namni kitaabootaa armaan gadii fii Risaalaalee kanneen irratti hirmaataa ture. Maqaa isaa fii Kitaaboota irratti hirmaatee ture haa barreessee erguu

۞-Dowraa Barnoota Hajjii
۞-Siiraa Sem.1ffaa
۞-Hifzii fii Sharhii Laamiyyaa Sheikh Al-Islam
۞-Hifzii fii Sharhii Al-Khulasat Al-Hasnaa Zikriilee Ganamaa fii galgalaa
۞-Hifzii Manzumat Ahsan Al-Akhlaw fii Sharhii isii
۞-Usul Al-Eman
۞-Khuz Aqidatak
۞-Muzakkira Wasixiya
۞-Asasiya Aqiidaa
۞-Aqiidaa Towhiidaa
۞-Manzumat Nasiihat Al-Ikhwaan
۞-Khulasat Ta'zim Al-Elm
۞-Irshad Al-Anaam
۞-Kitab Soomanaa Al-Fiqh Al-Muyassar
۞-Kitab Soomana UmDat Al-ahkam
۞-Ak-Mulakhas Al-Nafis Musxalaha
۞-Haqoowwan Rasuulaa ﷺ irraa Muraasa
۞-Caalmaya Salaataa irraa Maal beekta?

Maqaa Telegram isaa yeroo barataa turree fii Maqaa Isaa kan Sirrii barreessuun karaa @KunAlabasiratin irratti Maqaa Darsiilee qara'ee turee waliin haa erguu.

HADIISA📚

15 Feb, 14:30


«Duniyaan isiif jecha fuuldura kee bareedaa zalaalam san wareeguufii haqa hin godhattu.»ღ

HADIISA📚

14 Feb, 21:59


«Muhaadaraa Waaee Zikrii nu hundi dhagahuu qabnu»

Sheikh Abdurrazaaq Albadr hafizahullaah

HADIISA📚

14 Feb, 21:11


‏تسعد كلية الدعوة وأصول الدين بجامعة أم القرى دعوتكم للتسجيل في مقرأة جامعة أم القرى الإلكترونية والتي تهدف لتعليم قراءة القرآن الكريم وتصحيح تلاوته وضبط أدائه للمسلمين من الجنسين (ذكوراً وإناثاً) من كافة أنحاء العالم على يد قراء مختصين مجازين بسند متصل إلى النبي صلى الله عليه وسلم فبادر بالتسجيل ونشر الرابط

*نهاية التسجيل 01/ 09/ 1446
*بداية الدراسة 02/ 09/ 1446

للتسجيل ولمزيد من المعلومات
https://uqu.edu.sa/coldawa/MaqraaUmmAlQura

إن لم تشارك في التسجيل شارك في النشر والأجر

HADIISA📚

13 Feb, 12:38


Ustaazni Aqiidaa sin barsiifne siin garee guddifachuuf deema malee si guddisuuf hin deemu markaza aqiida hin barsiifne irra fagaadhaa obboleewwan
أم يوسف©

#منقول

HADIISA📚

05 Feb, 07:01


*|[ Aqiidaa Nama waan [Poostii] isaa Qaraatuu hubadhu. Manhaja isaatiis adda baafadhu. Namni barreessu hundi Aqiidaa isaa khaddama jira waan ta'eef ]|*.

Sheikh Salih Sindi
مراقي الوعي، ص: ٢٥٩.

#بتصرف_يسير

HADIISA📚

05 Feb, 05:07


📜🖌___||°. Dhimma Gurguddaa Lamaan Kana irraa Dagataa hin ta’in

Balbaloowwan beekumsaa gurgudda lama Osoo Muslimoonni hundi keessaafuu Barattootni beekumsa shari’aatii fii Du’aatootni Yeroo isaanii gara isaan lamaaniitti deebisanii, isaanitti yaadda’uu jabeessuu fii dhimmoota Jireenya isaanii keessatti hojiirra oolchuu yaalanii Silaa haalli isaanii tolteeti, samii beekumsaa fii iimaanaa keessatti Sadarkaa Guddoo irra ga’u.
Irra hedduun balaalee fii rakkoolee kan Muslimtootni baay’ee ta’an keessa bu’anis sababni isaa dhimmoota lamaan kana irraa Dagachuu, itti dhimmamuun xiqqaachuu fii Miil-jalee Sagantaalee biraa kaa’uudhaani.
Osoo Sadarkaa wanti lamaan kun Shari’aa keessatti qabanii fii baay’ina Ragaalee Dhimma kana keessatti dhuftee akkasumas kan isiittii yaadda’uu irratti Nama kakaastuu fii isaan lamaan Mirkaneessuutti Dhimmamuu irratti Nama qajeelchitu Fudhannee ilaallee, Namoota biraa dhiisiitii jireenya barattoota beekumsa shari’aa keessatti bakka guddaa qabaachu dhabuu isaan lamaanii irraa Dhamaasuutu Nama qaba.

Dhimmi 1ffaan Beekumsa waa’ee Hojii qalbii, Isii hubachuu fii hiikkaalee isii keessa Gad-Fageenyaan keessa lixuudha.

Qalbiin bakka Rabbiin جلً علا ilaaluudha. Toliinsi jirma haala Namoota Damee toliinsa Qalbii isaaniiti. Qalbiin sirraa’ee toluudhaani haalli namoota fii hojiin isaanii sirraa’ee bareeda. Rasuulli صلئ الله عليه وسلم akkana Jedhan” Dhaga’aa! Qaama keessa Muraa Foonii tokkootu jira. Yeroo isiin tolte Qaamni hafe hundi tole,yeroo isiin badde Qaamni hundi bade. Dhaga’aa isiin QALBII dha.” Jedhan. Badii fii Dhukkubni qalbii Kheeyrii irraa Dhoorkamuu fii hoonga’uu Nama Dhaalchisa. Garagaliinsa Dhugaa Gara Rabbii جلً علا garagaluu irraa nama dhoorkeeti, Sadarkaalee ol’aantuutti gahuu irraa Nama hagooga.
Kanaaf Jecha ibaadaan ulamaa Dhugaa kanneen beekumsa isaaniitti Dalagan, xiqqaachuu isiitii wajjiin Ibaadaa Namoota biraa irra harka baay’een caalti. Kuniis Sababaa Qulqullina qalbii isaaniitii fii dhukkuboota garagaraa irraa Nagaya ta’uu dalagaa isaaniiti.

Ibn Rajab رحمه الله akkkana Jedha” irra caalaan namaa ibaadaa keessatti giddugaleessa ta’uu fii haala qalbii keessatti jajjabaachuu keessatti ; nama karaa Rasuulaa صلئ الله عليه وسلم fii deemsa sahaaboota isaa deemeedha. Imalli Deemsa aakhiraa Deemsa qaamaatiin osoo hin taane Deemsa qalbiitiin deemamee murama”. Akkana Jechuun isaa Deemsi qalbiin Godhamu akkaan akka malee bakka guddaa qabaachuu fii Qaama dura isii dursuun dhimma durfamuu qabu akka ta’e nuu hubachiisa.

Dhimmi 2ffaan Maqaalee Rabbii جلً علا babbareedduu hubachuu, gad-fageenyaan beekuu fii wanta isiin kennituu fii of keessa qabdu keessa gad lallaaluu.

Ibn al-qayyim رحمه الله akkana jedha” Namni Maqaalee, bifootaa fii hojiilee isaatiin Allaahaa beeke Isa jaalachuu irraa hafiinsi hin jiru.” Kanaaf jecha namni karaa Maqaalee, sifootaa, isaan hubachuu fii wanta isiin of keessatti qabattuun Rabbi جلً علا gabbare; burqaan iimaanaa fii beekumsaa isarratti gad burqite, Mi’aa rabbiin bohaaruutiis Dhandhame.” Namni obsi isaa, yaqiinni, Rabbirraa جلً علا jaalachuu fii Murtiilee rabbi جلً علا jala butamuun isaa xiqqaatte Sababa Dhimma kana irraa Dagachuutiini.

Sheikhul islaam bn teymiyaa رحمه الله akkana jedha” Beekumsa waa’ee maqaalee fii sifoota rabbi جلً علا beekuun bu’uura diinii fii hundee qajeeluminsaati. Irra guddaa wanta qalbiin hojjettee, lubbuun argamsiifattee fii sammuun itti Dhaqqabdeeti”

🎁 Dhumarratti kitaaboota Dhimmoota lamaan jenne keessatti akkaan fayyadan kan nama Beekumsa dhimma kanaa barbaaduuf ga’uu fii Irra bareedaa kitaaba dhimmicha keessatti barreeffamee kanneen ta’an lamaan Fudhadhu;-
1ffaan أعمال القلوب للشيخ حالد الثبت
2ffaan فقه الأسماء الحسنئ للشيخ عبد الرزاق البدر



كتبه - أبو عبد الله أحمد بن يونس الأنصاري

HADIISA📚

03 Feb, 16:49


«Darsiin Wal qabatee namni gaaffii qabu komentii keessatti haa barreessuu»

Yookiin boot @kunalabesira_bot haa fauyadamuu

HADIISA📚

03 Feb, 10:36


«Kitaaba Rabbii keessanii Qara'uu hin Dhiisinaa»

HADIISA📚

01 Feb, 16:00


Live stream scheduled for

HADIISA📚

01 Feb, 08:07


A𝖘𝖘𝖆𝖑𝖆𝖆𝖒𝖚 A𝖑𝖊𝖞𝖐𝖚𝖒 W𝖆𝖗𝖆𝖍𝖒𝖆𝖙𝖚𝖑𝖑𝖆𝖆𝖍𝖎 W𝖆𝖇𝖆𝖗𝖆𝖐𝖆𝖆𝖙𝖚𝖍𝖚

Har'a Galgala Barnoota Dhimma Sommanaatiin Wal qabatu Kitaaba Jalqabaa Kitaaba Al-Fiqh Al-Muyassar irraa Kitaaba Soommanaa Jalqabna inshaa allaah

https://t.me/HadithOfficial?livestream=ba68e5d1f339fa0426

HADIISA📚

31 Jan, 19:29


«Ji'a Ramadaanaa Soommanuun kan Dirqama godhamte gaafa guyyaa 10 sha'baana bara 2ffaa Hijiraati jedhama.»

«Qiblaalleen Beeyt Al-Maqdis irraa gara Ka'baa kan jijjiiramte Ji'a Sha'baanaa keessan jedhama.»

HADIISA📚

27 Jan, 19:37


« ilmaan durbaa meeshaa bittaa fii gurgurtaatii miti. Meeshaa daldalaatii miti. Mahriin ittiin dhaadachuu fii miti. Intalti tiyya mahriin isiin mahrii intala keetii irra guddoodha jechuufii miti. Fuudhaa fii heerumni piroojeektii faayidaa fii tirfii keessa barbaadanii miti. Mahrii xiqqeeysaa. Mahrii keessatti daangaa hin darbinaa. Barakaan mahriin xiqqaachuu waliin jirti. Ummata biyya keessanii keessstti sunnaa fokkottuu karaa hin godhinaa. Balbala dorgommii walitti hin baninaa. Namni hundi akkuma ilmaan durbaa qabutti ilmaan dhiiratillee qaba. Namni gaafa intala isaa kennu yaadaa bittaa fii gurgurtaatiin isii kenne, inniniis ilma isaatiif akkasumatti yaada akka isaa saniin ilma isaatiif intala namaa bifa meeshaa bittaa fii gurgurtaatiin isaaf bituuf dirqamuuf jiraata. ilmaan durbaa bifa akkanaa kana caalaa kabajamoodha. Diin hundaa ol laaffisaa fii laafaadha.»


Rajab 27,1446H

HADIISA📚

27 Jan, 19:25


«Namoonni gargaarsa obboleewwan isaanii irraa funaananii namoota rakkatanii fii haajamaniin ga'uun bareedaadha. Walaakin! Summiii fii dhukkuba hamaa tokkootu mul'achaa jira. Namoonni rakkatan hedduun kan abaluutu Dhukkubaa fii Summii TOWHIIDA isaanii laaqu,kan Tawakkula isaanii isaan jalaa diigu keessa bu'uutu sodaatama. «Hanga Namni gariin deemte rakkoo kee abalutti maalif hin himanne waliin jedhu bira geenyee jirra.»

✓. Laa! Namni keessaa fii qalbiin isaa rabbumarratti irkifatee jira. Keessaan bar rabbumarra kaa'atee jiraa Rakkoo TOWHIIDAA inni fidu kam haasooyta jechuutu nama gariitu mala.

✓. Aqiidaa Abboottii Ahbaashoota Aqiidaa Ashaa'irootaa akka kanaa asumatti Dhaabi. Bal'ina isaa yeroo biraa.»

Kun Alabesira
Rajab 27,1446H

HADIISA📚

27 Jan, 16:09


«Nour's Tweet. Ergaalee babbareedduu of keessa qaba. Deemaa dubbisaa.»

https://www.facebook.com/100071325100455/posts/403058565414977/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

HADIISA📚

27 Jan, 09:37


حراسة التوحيد.

HADIISA📚

27 Jan, 04:26


« Hundi Ergamtoota Ummata keenya kan nu booda jiruuti.»-

Kun Alabesirah
Rejeb 27/1446

https://t.me/HadithOfficial
https://t.me/HadithOfficial

HADIISA📚

26 Jan, 18:20


Hundi Keenya Ergamtoota Ergamaa Allaahaati »



https://youtu.be/LgAMl5XoToE?si=14sEEUEE8af0dATF

HADIISA📚

26 Jan, 16:17


https://youtube.com/shorts/6LDvi2Hc83M?si=CWYBSCttaGLk0NGa

HADIISA📚

26 Jan, 07:00


*من آداب التواصل مع الآخرين*
الحمد لله والصلاة والسلام على رسول الله صلى الله عليه وعلى آله وصحبه وسلم أما بعد: فهذه آداب نشرتها على حالة الواتساب ثم طلب مني بعض أهل الفضل والخير أن أجعلها في منشور مستقل ليعم نفعها، وإليك المادة المذكورة ، فإن أصبت فمن الله وحده، وإن أخطأت فمن نفسي والشيطان..
١- تجنب الطريقة التالية في التواصل مع الآخرين
في اليوم الأول"الو"
اليوم الثاني "كيف الحال"
في اليوم الثالث "لماذا ما ترد"
طبعاً هذه طريقة خاطئة ..
٢- اجعل موضوعك في رسالة واحدة ، وابدأ بالسلام، وعرف بنفسك ،ولا تحرج الناس وتقول أنت عرفتني أو لا ؟
قال " السلام عليكم ورحمة الله وبركاته كيف حالك يا فلان، أريد كذا وكذا، معك فلان بن فلان..والأفضل أن تكنيه أي تناديه بكنيته"أبو فلان " أو بصفته إن كان له صفة.. أستاذ.. أو شيخ.. أو مدير.. أو دكتور..ونحو ذلك فهو أقرب إلى الأدب..
٣- إذا لم يرد عليك فلا تفعل له مكالمة صوتية فربما يكون في محادثة صوتية فتقطع عليه محادثته.
٤- تواصل مع الناس في الأوقات المناسبة ، وإياك والتواصل في أوقات الراحة والنوم و الصلاة والدروس ونحوها.. إذا صليت فانتظر حتى يغلب على ظنك أن صاحبك المتصل عليه قد خرج من مسجده ثم تواصل معه، حتى لا تؤذيه بمكالمتك وهو في المسجد...
٥- لا تكثر الرسائل أو الاتصالات لغير حاجة ، رسالة واحدة كافية إن شاء الله، فإن رد عليك وإلا فاتركه أو اترك له رسالة يرد عليها متى ما تيسر له.
٦- إذا تواصلت مع شخص تريد منه موضوعاً معيناً فلا تسأل إلا عن حاجتك فقط ولا تزد على ذلك إلا لما لابد منه من السؤال عن صحته وأموره عموما..بعض الناس مثلاً يقول: كيف الحال ؟ أين أنت ؟ تقول له مثلاً في مكان كذا..يقول ماذا تعمل ؟ ..تقول له كذا وكذا.. يقول من الذي معك ؟.. وهكذا.. هذا من الفضول المذموم هداك الله ، ومن حسن إسلام المرء تركه ما لا يعنيه.
٧- الكتابة في المراسلات أقرب إلى الأدب من الصوت ، لأن الصوت قد تكون فيه أشياء خاصة فيسمعه الإنسان في مكان عام، يسمعه القريب والبعيد.. وقد تحرجه بوضع جواله في أذنيه لأجل أن يسمع صوتك وهو في مكان عام أو مجلس خاص ، بخلاف الكتابة فقد يتصفح سريعاً ولا يؤثر عليه ذلك.. فلا ترسل صوتاً لاسيما إن كان المرسل إليه من أهل الفضل والمكانة، إلا إذا دعت الحاجة إلى ذلك.
٨- لا تتجاهل رسائل الآخرين خصوصا إذا كنت من أهل العلم والفضل أو من أهل المسؤولية فإن الناس قد يسيئون بك الظن،ويقولون هذا متكبر أو يرى نفسه ونحو ذلك من الأمور ، وما تواصل الناس معك إلا محبة واحتراماً لك ، فلا تخيب ظنهم فيك، واعلم أن الناس قد لا يعرفون أنك مشغول، فأحسن الظن بهم ولا تقل هؤلاء شغلوني...حاول أن ترد ولو أن تقول له يا فلان أنا مشغول الآن وسأرد عليك في وقت آخر .. فإن هذا من الأدب الكبير في التواصل مع الآخرين ، وأعجب من بعض الأخوة الذين يفتحون الرسائل ثم يتجاهلون مافيها.. هذا الصنف لو لم يفتح الرسائل بالكلية لكان خيراً له، ومهما يكن فإنه ينبغي إحسان الظن بهم ما أمكن..وهم لابد أن يعلموا أنه لن يحسن الظن بهم كل أحد فلا بد أن يراعوا مشاعر الآخرين ما استطاعوا إلى ذلك سبيلاً.
٩- تلطف في رسائلك واختر أفضل العبارات وكن قدوة حسنة ، ومدرسة للآخرين، وإن استفزك أحد برسالة فلا تستعجل في الجواب عنها ولا تغضب ، وليكن ردك متزنا موافقاً للشريعة الإسلامية.
١٠- لاتفتح أصوات الآخرين عند من بجانبك فقد يكون الصوت في أمر سري لا يحب صاحبه أن يطلع عليه أحد غيرك ، ولا تفتح مكبر الصوت في المكالمات إلا بإذن المتكلم، ولا ترسل ذوات الأرواح ، ولا تمزح إلا في حدود الشريعة ، ولا تكذب أو تنم أو تغتاب أو ترتكب محرما.
هذا والله أعلم وصلى الله على نبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين.

وكتب/ أبو محمد
عبد الله بن علي المعلفي
دار الحديث بمدينة السلام- عتق
٢٦/رجب/١٤٤٦

HADIISA📚

26 Jan, 04:50


Sahaabtichi Hakiim Ibn Hizaam [Radiyallaahu anhu] Damiinoota Qureeyshii keessaa tokko ture. Hakiim Ibn Hizaam waggaa 50n Mu'aaz Caaluu Wajiin Mu'aaz Ibn Jabal biratti barnoota shari'aa barata, isa biraa ilmii barbaada ture. Yeroo tokko hakiimiin " Sa ati harka Mucaa kanaatirratti barnoota barattaa [Nama sirra xiqqaatirraa ilmii fudhattaa]" jedhaniin. Innis " Wantummaan Nu Halaakeewuu Boona" jedheen.

الآداب الشرعية /لابن مفلح 2/216.

HADIISA📚

25 Jan, 14:59


Shari'aan Filannoodhaanii?-Sheikh Shaamil Ahmad
https://youtube.com/shorts/gj5cVmd8bgE?si=Yga-zqZ7KDXWbn3X

HADIISA📚

25 Jan, 11:16


Assalaamu alaykum waraahmatullahi wabarakaatuh

Risaala kalessa jalqabne
Kan waa'ee musxeleha hadisa

«Al-Mulakhas Al-Nafiis Al-Muyassar Fii MusxalahiAhlil-Hadiisi Wal-Asar»

👉Garee muzaakara  kan ittin gonuti Fi Gaafilee darsirraa bahan kan itti gad-laqifamu dha.
👉 Barattonni darsiirraa waan ifa isinif hin taane yoo jiraate asirratti  Gaafachu dandessuu

Join jadhaati groupi seena👇

https://t.me/Mustelahh
https://t.me/Mustelahh
https://t.me/Mustelahh

HADIISA📚

25 Jan, 06:51


Asselaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Namni Finfinnee keessa Naannoo Alemgena Kinteerii jiru Dubartiin Qur'aana Madrasaa Barsiisuu dandeessu kan Ulaagaalee armaan gadii kana guuttu bot @Aalimranmedresa_bot irratti haa Dubbistuu
1. Qur'aana Tajwiidaan ijoollee qabsiisuu dandeessu
2. Barreeffama Afaan Arabaatiin barreessuu tolchitee kan dandeessu
3. Barnootaa Kutaa 12 ol kan fixxe
4. Ofii Nama sunnaa kan taate.

Dhimma biraatiif yeroo bakka madrasaa qormaataaf deemtu kan gaafatamtu ta'a.

✓. Yeroon Hojii :- wiixataa hanga kamisaa salaata asrii booda hanga maghriibatti
✓. Sabtii fii alhada sa'atii 2:00-6:00ttiidha.

✓. Kafaltiin isaanii hedduu bareedduudha. Karaa bootiin gaafachuu dandeessi.

HADIISA📚

24 Jan, 20:20


Darsiileen Waraabamte hundi asirra kaa'amti

https://t.me/DrsHADIISA

HADIISA📚

24 Jan, 12:50


Galgala har'a .

HADIISA📚

08 Jan, 16:33


« Gootoonni ilmii shari'aatii yero fayyadamu keessatti akka kana turan Gootoonni sooshaal miidiyaa nuti oo?

HADIISA📚

07 Jan, 16:31


Live stream finished (46 minutes)

HADIISA📚

07 Jan, 15:45


Live stream started

HADIISA📚

07 Jan, 04:42


🪷📜 Yaa Aduwwii lubbuu isaa lubbuu keetiif gara laafi. Ofitti Duulaa akka jirtu ni beektaa?. Wanti tokko akka Si miiidhu, ykn Si hin Fayyadne Osoo beektuu Hojjetta!. Ammas Wanti tokko Akka Si fayyadu ykn yoo dhiiste akka Miidhamtu osoo beektuuti Waan si fayyadu san Hojjechuu Dhiista!. Ofitti Duuluun Kana Caalee Eeysa jira.

🌸Yaa Aduwwii Lubbuu Isaa Lubbuu keetiif Garaa Laafi!.

HADIISA📚

07 Jan, 04:42


. Irra Namaaf darbuun haalaa fii amala gaarii keessaa isa Ol'aanaadha. Namni Haalaa fii amala gaarii qabu hunda nama irraa hin kafalatu. Diin Islaamaa Rabbii Wajjiin haalaa fii amala gaariin jiraachuu fii Namoota wajjiin haalaa fii amala gaariin jiraachuudha. Rabbii wajjiin Ajajoota inni si ajaje hojjetteeti,Dhoorkaalee inni irraa si dhoorke irraa dhoorkamtee, Waan inni Sitti hime Dhugoomsita. Namoota wajjiin Hamtuu kee isaan irraa qabatteeti, toltuu isaanitti ooltee, hamtuu isaan irraa sirra geeysurratti obsitee isaaniif irra darbita.

◆. Kan hafe Lubbuu keetii wajjiin haalaa fii amala gaariin jiraachuudha. Kuniis Dursa wanta hunda dura Waan Duniyaa fii Aakhiratti Lubbuu kee fayyadu beektee isa filachuu fii itti hojjechuu dursitee, wantoota Addunyaa fii aakhiratti Lubbuu kee Miidhan Beektee jibbuu fii irraa Eeggachuudha. Kanaa hunda Akka Allaahaan Siif kennu Rabbii kee Duaaii Nama akkaan Muddamee kadhadhu. Ergasii haalli akkanaa erga siif kennamee boodaas akka Haala kana irratti raggaatu istiqaamaa argattu duaaiitti jabaadhu.🌸

HADIISA📚

07 Jan, 04:42


. Yaa Nama Lubbuu Isaatiif Duniyaa fii aakhiratti Nagaya bahuu barbaaduu; Qur'aana fii Hadiisaa Akkaataa hubannaa Warreen Gaggaarii Nu dura Darban kanneen Jaarraa Jalqabaa Sadeen keessaa jiraataniin hubadhuu qabadhuu itti hojjedhu!. Namni hundi qur'aanaa fii hadiisa jala deemuu himata. Garuu Dhimma sadaffaa Guddaa tokkootu hafe. Suniis Qur'aanaa fii hadiisa akkamitti hubanna kan jedhuudha. Deebiin akka nutti Mul'atetti ykn Akka Namoota Zamana boodaaf Hubatametti osoo hin taane, Akka Sahaabootni , Hordoftootni Sahaabootaa fii hordoftootni hordoftoota sahaaboota itti hubatanii fii itti hojjetanitti ta'uu qaba. Kanaas Ergamaatu Sallallaahu aleeyhi wasallam Nuuf himan akkana jechuun " irra Caalaan keessan Warra Jaarraa kanaati(sahaaboota), eegasii warra itti aanu(taabi'oota), ergasii warra itti aanu(tabi'oota taabi'ootaa) ".

Faana isaanii qarriffaan qabattee irra deemuum sirra haa jiraatuu Yoo Namoonni Kophaatti si lakkisan illee!. Wanti yeroo isaanii keessa ibaadaa ta'ee hin turin har'a ibaadaa nuuf hin ta'u. Wanti haaraan har'a hojjetamu Silaa kan kheeyrii qabu ta'ee ; isaantu itti nu dursa turte.🌸

HADIISA📚

07 Jan, 04:41


📜🖌__||°. Nagaan inni Dhugaa Jannata keessaa Malee hin jiru. Jannata keessa jireenya booda Dhumiinsi hin jirre, Soorummaa hiyyummaan booda hin jirre, Jabeenya Salphinni booda hin jirree fii Fayyaa Dhukkubni booda hin jirreetu jira. "🌸

‏قال الإمام الصنعاني رحمه الله تعالى :

ﻭاﻟﺴﻼﻣﺔ اﻟﺤﻘﻴﻘﻴﺔ ﻻ ﺗﻜﻮﻥ ﺇﻻ ﻓﻲ اﻟﺠﻨﺔ،
ﻷﻥ ﻓﻴﻬﺎ ﺑﻘﺎء ﺑﻼ ﻓﻨﺎء ، ﻭﻏﻨﺎء ﺑﻼ ﻓﻘﺮ،
ﻭﻋﺰا ﺑﻼ ﺫﻝ ، ﻭﺻﺤﺔ ﺑﻼ ﺳﻘﻢ .

سبل السلام 1/13

HADIISA📚

06 Jan, 17:19


Live stream scheduled for

HADIISA📚

06 Jan, 17:17


Darsii Irshaadul Anaam

Har'a Dhimma Wuduuaa fii Dhiqaansaa seennan
https://t.me/HadithOfficial?livestream

HADIISA📚

06 Jan, 17:16


Live stream started

HADIISA📚

06 Jan, 16:45


* إرشَادُ الأنامِ إِلى أُصُولِ وَمُهِمَّاتِ دِينِ الإِسلامِ *

HADIISA📚

06 Jan, 16:35


Salaata ishaa'ii booda Irshaadul Anaam itti Fufnee qaraana inshaa allaah

HADIISA📚

06 Jan, 16:04


Live stream started

HADIISA📚

06 Jan, 16:04


Haga Daqiiqaa 15 wayii na eegaa... baarakallaahu fiikum

HADIISA📚

04 Jan, 15:50


Live stream scheduled for

HADIISA📚

04 Jan, 14:23


Darsiin Maghriiba booda itti fufti inshaa allaah

HADIISA📚

04 Jan, 13:48


«Yeroo hedduu sheeyxaanni gaafa garbichi gara rabbii isaa deebi'uu,gara isaa dhihaachuu fii isaan wal gahuu yaade jabeenyaan dura dhaabbata.»
ابن تيمية مجموع الفتاوى (٢٨٢/٧).

✓. Bakka kana itti dammaqi.

Rajab 4,1446H

HADIISA📚

04 Jan, 13:43


«Gamni osoo hin qophooyne gaachenaan maletti hin lolu,Ragaan maletti hin falmu,humnaan malettiis qabsoo hin qabu. Aaqilummaan (gamnummaan) lubbuu jiraachisti,qalbii ibsiti,dhimmoota murteeysiti. Duniyaallee jiraachisti.»


روضة العقلاء صـ٢٥

HADIISA📚

03 Jan, 18:16


«Osoo balballi Towbaa hin cufamneen duratti gara rabbii deebinee haa towbannuu. Balballi Towbaa duuti sitti dhuftee kokkee si ga'uu ykn Aduun Dhihaan ol deebi'uudhaan cufamti. Daqiiqaalee muraasa booda yoo duunee maal beekna?. Gara Towbaa haa daddafnuu furmaanni tokkichaan amma harkaa qabdu daddafnee yeroo itti kennuun maletti Towbaa dhugaa gara rabbii keenyaa towbachuudha.. Yaa ilmaan Namaaaa....»

{ وَأَنِیبُوۤا۟ إِلَىٰ رَبِّكُمۡ وَأَسۡلِمُوا۟ لَهُۥ مِن قَبۡلِ أَن یَأۡتِیَكُمُ ٱلۡعَذَابُ }
[سُورَةُ الزُّمَرِ: ٥٤]

Rajab 3,1446H

HADIISA📚

02 Jan, 09:04


«Namni gariin yoo faarfamee jajjabeeyfamuu baate da'waa godhuu fii tamsaasuu lakkisa. Kuni namni gara rabbii osoo hin taane gara lubbuu isaa waamaa jiraachuu irratti ragaadha.»


✓. Sheikh Salih Al fowzaan hafizahullaah

إعانة المستفيد صـ ١٣٦

HADIISA📚

02 Jan, 08:58


«Guyyooleen bonaa gabaaboodha Keessa Soomuuf Mijatoodha.»

«Guyyoota bonaa gabaaboo keessan kana booji'adhaa saammadhaa. Guyyoota duniyaa keessanii muraasa tana osoo hin dabarree duratti dhaqqabadhaa. Rasuulli ﷺ akkana jedha" Namnummaan kamiyyuu kan karaa rabbii keessatti guyyaa tokko soommane; Rabbiin fuula isaa ibiddarraa imala waggaa 70 fageessu malee hin hafu"jedhan.Mattafaqun Aleyh.

«Salaftootarraa " Boojuun qabbanooytuun lolaa fii qabsoo tokkoon maletti argamtu yoo jiraatte yeroo bonaa soommanuudha." Jedhan. Kuniis ta'abaa fii cinqii hedduun maletti sawaaba argamu ilaaluudhaani. Guyyoota guyyaan isii gabaabduu kana keessa boojuun qabbanooytuun tun akka isa hin dabarreef garbicha kamiifuu boojiachuun hedduu barnaachistuudha.»

Rajab 2,1446H

HADIISA📚

02 Jan, 08:58


«Dhugumatti Rabbiin ﷻ yeroo garii namuma gaarii ajajoota rabbii isaa raawwachuu irratti bololuu fii kheeyriilee hedduu dalagu ma'siyaadhaan mokkora. Kuniis lubbuu isaatiin dagamuu fii of jajuu isa keessatti argamtuu fii kkf isa keessatti cabsuufi. Kanaani garbichi tiksaan; ibaadaa isaa,laffaatii inni ibaadaa keessatti godhuu fii beekumsa isaa osoo hin taane kan Rabbi ﷻ qofa ta'uu hubata. Eeganaa garbichi humnaa fii mala isaatirraa qulqullaa'eeti qalbii isaa gad qabee gad cabsee oftuuluu fii ofiin ajaa'ibamuun maletti gara rabbii isaa deemsa itti fufa. Inumaa hanga gaafa yeroo ibaadaa takka waffaqamee dalageen booda guututti gara rabbii irkisutti. Humnaa fii malaan qooda keessaa qabaachuu isaa hin ilaalu. Haala kanaan Sadarkaalee garbichummaa rabbii isaatiif qabu mirkaneeffataa deemee Ubuudiyyummaa rabbii isaatiif qaballee dabalata.»

Rajab 2,1446H

HADIISA📚

02 Jan, 08:58


«Dhaamsa guddaa fii qaalii keessa tokko:- hiriyyaa gara rabbii si dhiheeysu malee hin jaalatin,niis hin saahibin.»

«Hadiisa Abu Saiid Alkhudriin gabaase keessatti Rasuullii ﷺ " Mu'mina malee hin saahibin,nama rabbi sodaatu malee nyaata kee hin nyaachisin" jedhan.»

«Hiriyyaan gaariin mu'minaa daangaa shariaa keessatti si bohaarsee siin bohaara, siin nagaya baheeti atiis isaan nagaya baata, qalbiin tee isatti tasgabbii argatteeti inniniis siin tasgabbii argata. Isaaniin ta'abaa fii ulfinni duniyaa siif laafeeti sirratti salphata. Irkoo gaarii sin ganne siif taha atiis irkoo jabduu fii gaarii isa hin ganne taataaf. Kana daran sababa isaa Guyyaa qiyaamaa kabajamtee olfuudhamtee Mataa Ummattootaa irratti waamamtee dhiifamni rabbirraa siif godhamee kabajamteeti innis sababa keeti guyyaa qiyaamaa Makhluuqa dila sanirratti waamamee kabajamee ulfeeffamee rabbirraa badhaafama. Sababa isaatiini gaaddisa rabbii jalatti walitti qabamatan. Si duubatti siif kadhata. Si duubatti sirraa deebisa. Rakkachuu fii gadduun kee isa yaachisti. Gammaduu fii argachuun kee isa gammachiisti. Isa arguun rabbi yaadatta. Isaa sunnaarratti bololu waan agartuuf si ajajuu fii si afeeruu isaatiin maletti dalagaan isaa Sunnaarratti si kakaasti. Ol si fuudha. Ol si kaasa. Karaa Gara rabbii nama geeysurra wajjiin deemuuf......»

✓. Dhimma hiriyyaa gaarii saaliha rabbi sodaatu kan diin qabu,kan adaba qabuu fii Manhaja sahiihaa qabu Aaqila filachuu laaffistee hin ilaalin.»ღ💜

Rajab 2,1446H

HADIISA📚

23 Dec, 19:00


«Onnee teenya kan gammachuu,raahaa,khabajaa,nuuraa fii toliinsa dheebboote tana Qur'aana Malee wanti isii Dheebuu baasu gonkumaa hin jiru. Osoo lagni qur'aanaa gogee hin dhumneen duratti Onnee tee dheebboottuu tana laga san buusii Obaasi.»ღ

HADIISA📚

23 Dec, 18:59


«Gaafa ilillii fii daraaraan qalbii keetii dhaame; Kitaaba Rabbii keetiitiin Dheebuu baasii deebisii Magarsi.»ღ

HADIISA📚

23 Dec, 10:20


الصلاة نور

«الصلاة نور يُستضاء به في دياجير الظُّلَم، تنير للمسلم الطريق المستقيم، وتهديه إلى الصواب، وتنهاه عن الفحشاء والمنكر ﴿ وَأَقِمِ الصَّلَاةَ إِنَّ الصَّلَاةَ تَنْهَى عَنِ الْفَحْشَاءِ وَالْمُنْكَرِ ﴾

والصلاة نور بكل معاني النور
؛ نور للعبد في قلبه، وفي وجهه، وفي قبره، وفي حشره يوم القيامة؛ لأن الصلاة عمود الإسلام، فإذا قام العمود قام البناء، وإذا لم يقُمِ العمود فلا بناء».

HADIISA📚

23 Dec, 09:11


Yeroo sadaqattu hin lakkaahin.... Hammaariituma dubbuuysii kenni malee!

HADIISA📚

22 Dec, 16:29


Namni dhimma Darsiin Wal qabatee gaaffii qabu
@kunalabesira_bot irratti haa gaafatuu

HADIISA📚

22 Dec, 10:35


«Namni gariin soommana soomuu irraa dadhabaadha. Garuu qiyaamaa leeyliitii fii qur'aana qara'uu irratti jajjabaadha. Kan biraa immoo kan sadaqachuu fii nyaata nyaachisuun isaaf mijattuutu jira. Kuni hundi sababoota fii gosoota ibaadaa ittiin gara rabbii dhihaataniidha. Waan siif laafu kan gara jaalala rabbii keetii si dhiheeysuurraa lubbuu tee hin agabsin. Wana siif laafu san jabeeysii qabadhuu walitti fufiinsaan raawwachuu irratti lubbu tee leenjisii qabadhu.»


Jumadal-Sani 20,1446H

HADIISA📚

22 Dec, 09:35


«hundee kana haffazi!»

‹Barataan ilmii shari'aa kan qur'aanaa fii sunnaa irraa wirdii guyyaa dhaabbattuu hin qabne; Barataa baliida gowwaadha.›

Sheikh Ahmad Almusfr Al-Otaibi
Jumadal-Sani 20,1446H

HADIISA📚

22 Dec, 05:02


«Gosoonni galaa sadii hanguma isiin jireenya nama muslimaa tokko keessatti hir'attuuni humni isaatillee dadhabee laaffata.:-
✓. Kan Waajibaas ta'ee sunnaa; Sinqii kee salaatarraa fudhattu
✓. Qara'uuniis ta'ee gad lallaaluun; sinqii kee kan qur'aanarraa fudhattu.
✓. Sinqii zikriileerraa qabduudha.


Jumadal-Sani 20,1446H

HADIISA📚

22 Dec, 05:02


«Ummata Zamana tokkootirraa islaamummaa isaanii baruu yoo barbaadde; namni salaatu heddummaachuurraan kan ka'e balbala masjiidaa irratti wal-fuxuu isaaniitii fii hajjii fii umraa godhuu isaaniitirraan kan ka'e sagaleen isaanii labbeeykaan olfuudhamuu osoo hin taane ejjannoo isaan Diina sharii'aa islaamaatirratti qaban ilaali.»

Abul-Wafaa' ibnu Aqiil-Rahimahullaah.

خطبة: الاحتفال بعيد الكريسماس ورأس السنة
الشيخ عبد العزيز الريس حفظه الله

Jumadal-Sani 20,1446H

HADIISA📚

22 Dec, 05:02


« Irra guddaan wanti qur'aanni eega towhiidaa fii faallaa isaa shirkiirraa dubbatetti aansee dubbate Aqiidaa Al-Walaa'aa fii Wal-baraa'aati.»

خطبة: الاحتفال بعيد الكريسماس ورأس السنة
الشيخ عبد العزيز الريس حفظه الله

Jumadal-Sani 20,1446H

HADIISA📚

07 Dec, 17:51


Live stream finished (46 minutes)

HADIISA📚

07 Dec, 17:05


Barattoonni Aqiidaa-Towhiidaa seenaa baarakallaahu fiikum ni jalqabnaa

HADIISA📚

07 Dec, 15:50


Live stream scheduled for

HADIISA📚

07 Dec, 15:38


01

HADIISA📚

07 Dec, 15:37


Live stream started

HADIISA📚

07 Dec, 14:23


Darsiileen Galgalaa lachuu ni jirti inshallah

HADIISA📚

24 Nov, 16:32


Live stream finished (1 hour)

HADIISA📚

24 Nov, 15:32


Seenaa warri Muzakkiraa baarakallaahu fiikum

https://t.me/HadithOfficial?livestream=e4977fdb99b0a449cf

HADIISA📚

24 Nov, 15:32


Live stream started

HADIISA📚

24 Nov, 05:36


«‏والأُنسُ كل الأنس في القُرآنِ..»

HADIISA📚

22 Nov, 16:27


Salaata ishaaii booda itti deebina inshaa allaah!

HADIISA📚

21 Nov, 17:55


Live stream finished (54 minutes)

HADIISA📚

21 Nov, 17:04


Asaasiyyaa-Aqiidaa 03 Jalqabnaa seenaa barakallaahu fikum

HADIISA📚

21 Nov, 17:00


Live stream started

HADIISA📚

21 Nov, 15:41


Seenaa ni jalqabna baarakallaahu fiukum

HADIISA📚

16 Nov, 15:20


Live stream scheduled for

HADIISA📚

16 Nov, 13:41


Darsii Muzakkiraa Wasitiyyaa 007 galgala maghriba booda itti fufnee qaraana inshaa allaah.

HADIISA📚

15 Nov, 15:00


Live stream scheduled for

HADIISA📚

15 Nov, 11:07


HADIISA📚 pinned «»

HADIISA📚

15 Nov, 10:44


" إرتفع كَما شِئت "

HADIISA📚

14 Nov, 15:50


Asselamu aleykm warahmatullaahi wabarkaatuh.. obboleewwan Darsii Muzakkiaahar'aa naf mijataan jru dhiifama Sabtii itt fufna inshaa allah

HADIISA📚

14 Nov, 15:29


Live stream scheduled for

HADIISA📚

14 Nov, 11:06


من أراد…..
#مقطع_قصير

HADIISA📚

10 Nov, 04:12


Guyyoota Murta'an booda Darsii Risaalaa kanaa Jalqabna inshaa allaah.

HADIISA📚

07 Nov, 16:12


Ikhwatii Darsiin guyya 4 qofa torbanitti. Kibxataa fi Roobii akkasumas Sabtii fii Dilbata jechuudha

HADIISA📚

06 Nov, 16:21


Live stream finished (54 minutes)

HADIISA📚

06 Nov, 15:27


Live stream started

HADIISA📚

06 Nov, 15:20


Live stream scheduled for

HADIISA📚

05 Nov, 15:20


Live stream scheduled for

HADIISA📚

05 Nov, 06:00


HADIISA📚 pinned «»

HADIISA📚

04 Nov, 11:39


Guyyoota Muraasa booda Qara'uu jalqabna inshaa allaah.Namni fedhu Pirinti haa godhatuu!!!

HADIISA📚

03 Nov, 03:32


Yaa Sayyidii! Yaa Mowlaaya! Dila ni'imaa teetii nurratti dhanglaaftee nu badhaafte tan beeynuu fii tan hin beeyne ta mulattuu fii tan hin mul'anne hundi si qofarraa akka nuuf taate amanaa bariisifanne. "Allaahumma maa asbaha bii min-ni'matin ow bi ahadin min khalqika faminka wahdaka laa shariika laka. Falakal hamdu walakashukru"ღ💜

HADIISA📚

27 Oct, 19:09


𝖐𝖚𝖓 𝖆𝖑𝖆𝖇𝖊𝖘𝖎𝖗𝖆𝖙𝖎𝖓ღ
Poostii Oct 27,2023👇

https://www.facebook.com/100075846456047/posts/pfbid025mRX3GyEGxDqKqF9N7Pz1jTU1U3pgyYA9ucfyEbU4Cx4AquhcjgmGiiuEXUXfCXdl/?app=fbl

HADIISA📚

27 Oct, 17:31


𝖐𝖚𝖓 𝖆𝖑𝖆𝖇𝖊𝖘𝖎𝖗𝖆𝖙𝖎𝖓ღ
Poostii Oct 27,2022👇

HADIISA📚

18 Oct, 14:56


aduun guyyaa jumu'aa seenuu bira geeyse. Yeroon yeroo xumuraa asrii guyyaa jumu'aati. Jirkaa duaaii teeysanii keessatti obboleewwanii fii obboleettiiwwan keessan muslimaa yaadadhaa. "*ღ💜